Like fi Share Gochuun Keessan Baay'ee Na Fayyada Galatooma
@hawi96092 жыл бұрын
Fbn Ethiopia fi Oromia jeedhu keeti?
@Oromia242 жыл бұрын
@@hawi9609 lakki kiyyaa miti
@sumayyanuguse2 жыл бұрын
@@hawi9609 maati naa taayi sanyi of
@orotube69982 жыл бұрын
Ergaa namani sii erguu maalif hin debistuu ati akkamati sii argachuu da'ndaa sennaa aj'baa qaba
@kulleeaddunyaa6312 жыл бұрын
Senaa koo yommii naaf dabarsitaa ?.
@ayiintube60262 жыл бұрын
Anaa dhuufuu Oromia 24 Jaalalii waan inni nama hin gonee hin jiruu keessatu shamaran keenyaa nama hin bekkene ykn argachuu hin dandeenye irraa jaalalan qabamani miidhamuu kanafuu osoo irraa of quusatanii gaariidha 🙏
Sudi esa jira humamiti ka bira si ha hiru Abshir jabdhu 😢😢😢😢❤❤❤
@ayaaoo-ob3yt5 ай бұрын
uuuuuuuufffff yaa jallaalaa baraa kannaa 😢😢😢😢😢😢
@AstagifurullaywaAtubuuileey21 күн бұрын
Siwaliinuu Hasaayaa hin qabuu malumatuu issaas si marachaa dhirrii yoo nama barbaadaan sinjaladhaa jedhanii nama gafatamalee dubartiin gafattu nama tufatuu wanu isaaf jechaa sammu si cinqee walalee Raaji
@hayyuntaaa1262 жыл бұрын
Ebadee Malii dhagenyaa😂 dhirri Dubartti ofii isaa Jaalate fudhuu Mitti Hallakan Tokko Wojjin hin Cissu 😊 wly Shamaraanum dhiraa Jaalate Jeela fiidde Kabbajja offiraa Buftuu icci dhirri yoo offi si Jaalate Lubbuu ofii siraa hin qusatu Gafa Atti Jaalatee Lukkan Siraa Demma jedhaa Kabbajja Taakka sifi hin Qabbu so yaa Shamaraan Tenyee dhiraa ofi jaalate osoo hin Taane kaa si jaalate fiiladhuu
Ni maraatte adabadhuu waan hiree keettii hin dhabduu qr dhira hin kadhatiin. Namni hundii akka isaatti miti booddee ni argadhaaf nyaatamtee lachabbee lachuun hin qabnee taataa 🤪🤪😭
@hanniishawatube66042 жыл бұрын
Md mati naf tayi lubu 🌹❤♥😍
@finiinaa_media2 жыл бұрын
kotuu matii naaf ta'ii sanyiikoo
@chaltukebede19382 жыл бұрын
Kkkkkkkk Well Game 💟🙏ajiibii
@asliyalove2 жыл бұрын
😘😘😘😘😘😘
@zaaraaAnbbassa2 жыл бұрын
Kkkkk sitti baaga Sheyixanaa Au,zuu.Billaah
@destaadestaa217210 ай бұрын
Qani guyaa kesaa waqayo nama ha oolchuu😂😂😂😂😂😂😂😅
@hafiza78402 жыл бұрын
Ayiiiiii
@marymyoutube44252 жыл бұрын
Obsi 😭😭😭
@asftasd65222 жыл бұрын
Kajaltefii maratanii tokoo hojenuu dhugamoo sobaa hajenuu mee kajalatee hibenee jalatamee kabekuu mee anii gamaa kotinii dhugaa qabaanii jalatnii jalatufii jalatamunii jirudhaa kadueemalee kajiruu hinafuu jalallii
@finiinaa_media2 жыл бұрын
kotuu matii naaf ta'ii sanyiikoo🥰
@hadhaahangatu92242 жыл бұрын
Kan akana lafaa kanara jiraa mo
@mashallhmashallhmashallh81722 жыл бұрын
Nan qafadhe dhuga namnii jalala gafate sun na saye