Yeroo Jaalalaa

  Рет қаралды 114,622

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Yeroo Jaalalaa

Пікірлер: 264
@bareduusalaleesanyiitaddee1406
@bareduusalaleesanyiitaddee1406 3 жыл бұрын
Uuuuuuufffff garaa nama nyaata raabbi naa bochisee seenaan kee waqqayyo nama gaarii siif haa kenuu abdii hin kutaatin maatiitu gargara siin basee ayii 😭😭
@ትግራይትስዕር-ቈ2ኰ
@ትግራይትስዕር-ቈ2ኰ 2 жыл бұрын
ፍቀር እኮ መከራዉ ብዙነዉ am tigray l love you oromo💔💔💔እኔም የምወደዉ ምርጥ የኦሮሞ ልጅ አለ ፈጣሪ ከፈቀደህ እንጣመራለን አይዞን በርታ ነገ ሌላ ቀን ነዉ
@uaess9428
@uaess9428 3 жыл бұрын
Dhirri nan bararulleni kun heddu na barare dhugaa maalif jennan yeroo baay'e nama miidhu waan ta'ef garuu intalli daba qabdi maati amnsisun inuma danda'ama ture garuu rabbi waan siif yaade qaba abshir / anis jaalalle yeroo dheera faana turen qaba ganna kana jaarsa erguuf ta'a garuu maatin kee wayi na diduyi jechaa jira garuu nan amnsisa maati koo rabbi nahaa gargaaru / warra boqollo obn na jibidistu dhugaa gantoota
@bekebeke1749
@bekebeke1749 3 жыл бұрын
Uuuuuuffii bayeee garaa namaa nyaata dhugaa ayii jalalala kan😢😢 homaa miti hadhoo koo kan rabbii sif keene hin dhabadhuu waan huddumtuu gafaa guyyaasa hin oluu addi hin gutaatin jabbadhuu isaa boddati ini daribe darabeeraa issaa garaa fulduratii waqqayoo bochiia 😢seenaa kaa waqqayoo namaa gaari sitaa qabuu addii guutiin jabadhuu sanyii koo senaa kee bay,eee garaa nama nyaata garuu jalalii waan bayeee nama godhaa garuu barumsaa namaf taa kan arguunu dhugaa
@jijijiji8035
@jijijiji8035 2 жыл бұрын
Baayy.ee gara nama nyaata obolleesaa koo homaa miti waqayyoosaa jabeesu ati barumsaa kee qofati jabadhuu
@mariyetobe2318
@mariyetobe2318 3 жыл бұрын
Yaa caraa kana hireen qooda rabbiiti. Akamiti dhiyaachuu danda'a anis seenaa barsiisaa ta'e qabaa. Kan jaalalee kiya wogaa 7 waadaadhaan woliin turee osoo ani biyati galuuf baatii 6 qofa naaf hafuu inni intala biraa fuudhuu isaa isumatu nati hime ani nagaa gaafachuuf bilbilaafiin
@shumiaberagemechu4385
@shumiaberagemechu4385 3 жыл бұрын
TOKKITTII KOO Amma utuu ka’ee iji koo na jaamee Adeemuu dadhabees utuun takaalamee Ifa koo naaf taatee harka koo na qabdaa Moo akka simbiraa na harkaa tasa badda? Anaa wajjin boossee imimmaan harcaaftaa? Moo gadi na darbattee bineensaaf na laatta? Ba’aa jireenya koo isan ijibbaadhe Yoon dhoksaa garaa koo hiikee sitti himadhe Boolla sagal lixxee furmaata naaf laattaa? Moo ormatti odeessitee ittiin na lafafta? Akka haadha kootti simararsiifadhee Beelaafi dheebuu koo utuun sitti himadhee Beela koo beeloftee qabdee na tirsitaa? Moo dammaan maktee summii na nyaachifta? Utuun dhukkubsadhee dhaqni na adoodee Ka’ee utuu harki koo buddeen qabuu didee Akka simbiraatti afaaniin naaf laattaa? Moo, achi garagaltee na teessiftee nyaatta? Lafan ciisuu ka’ee suuta sosocho’ee Akka daa’imaatti utuun sitti boo’ee Ofitti na qabdee na hammattee raftaa? Moo na balfitee dhibee koo ajeeffatta? Egaa tokkittii koo…. Dhuguma yoo taate lafee cinaacha koo Anaan kan gargaartu firri gaafa rakkoo Sidha erga ta’ee manni koo galgalaa Natti hin sinsinnaa’in sinsinnii jaalalaa. (Shuumii Abarraa Gammachuu, barreessaafi ogeessa saayinsii hariiroo hawaasaa) Contact me for detail on facebook: Shumi Abera Gemechu
@sameerasami4404
@sameerasami4404 2 жыл бұрын
Bagaa,nagaa, dhufte,mucaa,biyyaa,Koo❤️💚♥️
@kokibe2931
@kokibe2931 3 жыл бұрын
Ayyi namaa qabenyaa kallee nama lalee Ayizo obbollessa kenyaa kan rabbii sifii kennee hin Dhabiduu
@saamirashaawaliji6156
@saamirashaawaliji6156 3 жыл бұрын
Miskiin waalahii abshiir haadho koo raabiin waan ofii jaalate siif haa keenuu baaye gaara nama nyataa ayyyyyiiiiiiiiii jaalala
@hawiinetoroshawaash4850
@hawiinetoroshawaash4850 3 жыл бұрын
gurbaa jirtayuu?mucaa biyya koo🙋‍♀️ani yeroon biyyaa jiruu bayyen sii jaladhan turee garuu sii qanfadhe malee dhugaa 😔 sii arginaan garan naa na'ee uuffff 💔Anii garuu amma baruumsa addan kuteen biyya alaan jiraa dhugaa jalalees qabaa👌waqayyo hiriiyaa gariii kan biraa siif haa kennu qaxaalee mucaa biyya koo jabadhuu baruumsa keetii jalatani dhabuun wanumaa jiruu Abdiin jiraa fulduraa kee umuriin kees sii dangeesuu ganadha👌
@bontuararsa9502
@bontuararsa9502 3 жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😋😋😋😃
@hawiinetoroshawaash4850
@hawiinetoroshawaash4850 3 жыл бұрын
@@bontuararsa9502 😏😔😜
@urjiikabbadaa9720
@urjiikabbadaa9720 3 жыл бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣 Maalif sodaateyu
@hawiinetoroshawaash4850
@hawiinetoroshawaash4850 3 жыл бұрын
@@urjiikabbadaa9720 durba wanan tahefan sodadhee kaa 🙂durbii dhiraf gafii jalala dhiyesun Qannii guddadha akkuma Adaatu☺😏
@urjiikabbadaa9720
@urjiikabbadaa9720 3 жыл бұрын
@@hawiinetoroshawaash4850 🤣🤣🤣🤣🤣🥰🥰dhugaa keetii qoosaa fan jeedhe
@kamilaashaaffi8001
@kamilaashaaffi8001 2 жыл бұрын
Walahi gara nama nyata siruma jalalakeen qabdu sobde siti fakkesa turte malee akkamin dirqamn nama herumsisaa silamo dirqamn jiramo zabana kana warenya kun malumafu rabbin kan sijalatu atis kan jalatu sifa kenu brooo damoo darbitee guyya biraamo ma dawalte sin gafane 😭😭😭😭dhiras ta.e dubarsa warri nama gowomsitan arada of qusadha 😭😭😭
@bisra7025
@bisra7025 Жыл бұрын
Uuuufff bay,ee nama gadisisaa,rabbii tan isii Caltu sif haa Basuu inshallah
@MimiDarartu-ju4jo
@MimiDarartu-ju4jo 5 ай бұрын
Uuuuuf dhugaa garaa nama nyataa waaqayyo nama ishii caaltuu siif yaa kenuu❤❤❤ qalii nama jalalii gowwaa namaa gotii
@Kebeda
@Kebeda 3 жыл бұрын
Uuuuffffff😭😭😭😭😭garaa nama nyataa obsii oboleessaa ko❤️❤️❤️
@ketemasheshetu7187
@ketemasheshetu7187 3 жыл бұрын
Ayzok obboolleessa koo Kan siif yaade ni jirti ati barnoota kee qofatti jabaadhu.hiree kee Kan harkaa qabu adaada ishii otoo hin taane Rabbii qofa.atis boru hojeeta taata.
@ananiyabekele6232
@ananiyabekele6232 2 жыл бұрын
Galaatomii yaada keef
@oromiyaantanoromootitube3512
@oromiyaantanoromootitube3512 3 жыл бұрын
Hedduu bareedda Anaaniyaa dhugaa mucaa koo siif kenna abshiir namni tasgabbaayan hedduu natti tola
@ananiyabekele6232
@ananiyabekele6232 2 жыл бұрын
Guddaa galaatomii
@emuyeebonsaa5264
@emuyeebonsaa5264 3 жыл бұрын
AyiZoo mucaa biyaa koo waaqayyoon daadadhaa bidenii sii qophee hin shagatuu kanaa jaalataan yoo dhanaan kanaa caraa ofi hin dhabenii qalii mucaa jaaldu 👍👍
@firiottolcha1099
@firiottolcha1099 3 жыл бұрын
Emuyee mee lakofisaa saa nafi ergii
@ananiyabekele6232
@ananiyabekele6232 2 жыл бұрын
Yaada keetif guddaa galaatomii
@bassaashano6725
@bassaashano6725 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuùffffffuuuuu bayyee onnee namaa cabbasaa.dhugaa rabbii sifi haa fayyisuu jabadhuu sabbonaa namaa
@JeylanJeylu
@JeylanJeylu 5 ай бұрын
Maddan jalala abumutti baldhatta madda kessa ke ha fayisuu rabbi
@belayche4050
@belayche4050 3 жыл бұрын
Brother you are kind and strong 👍💚💚💚💯
@aseelayele2246
@aseelayele2246 Жыл бұрын
Koodkoo middiya kanara dhiyachum fedha midhama jalalan qaba?? Sin qunamu fedha??
@melikatringo5852
@melikatringo5852 3 жыл бұрын
Uuuuuuuffff bayee garaa nama nyataa dhugaa waqqayyoo kan ta,i yadee si ha kenuu rabbii
@sisaytsegaye8138
@sisaytsegaye8138 Жыл бұрын
Homaa mitti kormee dhiraa jireenyi itti fufaa!Abdii hin kuutin!
@shamsiiintalaaoromo6468
@shamsiiintalaaoromo6468 Жыл бұрын
Nama gadisisaa wallaahi 😭😭habibii rabbii kan jalatuu siif haa latuu 😥😥
@darartutube2323
@darartutube2323 3 жыл бұрын
Baay'ee nama gaddisissaa Ayyizoo obboollesa koo Anuu sittin Erumma.
@dameewaqumaa1342
@dameewaqumaa1342 3 жыл бұрын
😆🙄
@darartutube2323
@darartutube2323 3 жыл бұрын
@@dameewaqumaa1342 sirriidha mitti?
@dameewaqumaa1342
@dameewaqumaa1342 3 жыл бұрын
Garaa nama nyataa waqaa uuufiii
@darartutube2323
@darartutube2323 3 жыл бұрын
@@dameewaqumaa1342 dhugaadha
@chaltufeyisa4202
@chaltufeyisa4202 3 жыл бұрын
wayyoo bayee gara naa nyataa waaqayyoo siif jiraa obboleesakoo
@eleniseboka5857
@eleniseboka5857 3 жыл бұрын
Ayy jalala kana 😢
@kennaatube5029
@kennaatube5029 3 жыл бұрын
Wayyooooooooo wayyyooooo maloo kaa dhifamaa godhifitii ergaa ishen tidarii sentee akkaa isheen mana sanan tirarii san kessatii hin midhamnee rifatuu ketiin
@Birqee-ox3yc
@Birqee-ox3yc 4 ай бұрын
Homaa mitii dhugaa waqqayoo bekadhaa kaankee kan tatee nii jirti namaagadisisaa homaa mitii maloo
@ghazalaghazala4101
@ghazalaghazala4101 3 жыл бұрын
Saffuuuu hirya Akana Diini borodha Nama marga jedha Oromoni
@masaretcity5093
@masaretcity5093 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuu mudaanoo Akkaasiin qaba dhugaadha Anuu maraadhee uuf broko obbosaa sif haa keenuu
@alama3212
@alama3212 3 жыл бұрын
Uuufffeeee wayyooo baay,ee nama gaadisisa waaqayyoo nama gaarii sifa kenuu
@obsaantube7880
@obsaantube7880 3 жыл бұрын
obsi ananiyyaa muudannoon kee heedduu nama barsiisa garaas nama nyaata. jabaadhu never give up bro koo
@firiottolcha1099
@firiottolcha1099 3 жыл бұрын
Obsaan mee lakka saa nafi ergii yoo betee ani moo bayyeen isaa jaladhee
@obsaantube7880
@obsaantube7880 3 жыл бұрын
@@firiottolcha1099 kkkkkk onnee isaa miidhamte fayyisuu ni dandeettaa??
@firiottolcha1099
@firiottolcha1099 3 жыл бұрын
Obsaa maloo natii qosiin kaa nafi ergii bilbilaa saa anis muddanoo akka saa sani wanini qabufi siritaan hubadhafii
@ማኛው-ረ5ኈ
@ማኛው-ረ5ኈ 3 жыл бұрын
@@firiottolcha1099 kankoo si ergu
@firiottolcha1099
@firiottolcha1099 3 жыл бұрын
Kani kee hin fedhuu
@boniiamboo8414
@boniiamboo8414 3 жыл бұрын
Bayye gara nama nyata Waaqa uuufffaa matidhuma tokko tokko iccitii😭😭😭😭
@AsSa-jj9wj
@AsSa-jj9wj 3 жыл бұрын
Iuuuuuufffff baye na marare baye gara na nyate waqayo kan ishi cala sijaltu waqayo sif ha kenu
@ateqanaeem9178
@ateqanaeem9178 5 ай бұрын
Wolahi gara mana nyata jabadhu wan hireketi hindhabdu .😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💘💘💘💘💘😥😥😥😥
@uaeajman4945
@uaeajman4945 Жыл бұрын
Miskiina karaa nyaatai inni jiruu kkkkkkk❤❤❤❤❤
@tigistbiranucell8557
@tigistbiranucell8557 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuffffi bayeee garaaa namaa nyataaa waqayoo kanii ofii.jalateee sifiii hakenuuuu
@muluneshtafasa8865
@muluneshtafasa8865 3 жыл бұрын
Waaqayyoo kan ishee caaltu siif ha kennuu mucaa biyyaa.
@zedtube6887
@zedtube6887 3 жыл бұрын
Abishir Obalesaa koo kani caaluti bataa saniyi koo ❤❤❤🧡🧡💯💯💯
@mimiw4924
@mimiw4924 3 жыл бұрын
Uuuuuuufff rabbii jalalaa irratii midhamtee kana bakkaa busee Kan akkaa keetii jalalaa dhuugaa si jallatuu si yaa keennuu
@bontuushewa1075
@bontuushewa1075 3 жыл бұрын
💖💖💖💖💖💖💖💖 jaallaalii ni dhufaa abshiir lubbuu
@fedhaawaqi1519
@fedhaawaqi1519 3 жыл бұрын
Kan waqayyoo siif qoodee jirti jabadhu
@kiyyaatadele1187
@kiyyaatadele1187 3 жыл бұрын
uuuuuuffffee maloo kaa dhugaa hedduu gara koo na nyaate ayyii yaa jaalala
@fiqademokonon5517
@fiqademokonon5517 3 жыл бұрын
Uuuffiii dhugaa bayee garaa Namaa nata kodhee koo obsi qalii Kotuu mee Natu Sijaltaa 😂lakkaa kee Nafii ergiii ❤
@ananiyabekele6232
@ananiyabekele6232 2 жыл бұрын
Kkkkkkkk.........yaada keef guddaa si galaatefadha
@AbbeeTaariku
@AbbeeTaariku 3 жыл бұрын
Homaa mitti jabaadhu ❤❤❤❤ Kan waaqayyoo siif kennee hinumaa jirraa
@uaeuae7259
@uaeuae7259 3 жыл бұрын
uuuuuuuuuuffffff baye gara nama nyata dhugaa muca biyakoo obsii kan sijalatuu waqayo sifa yaduu
@tamanagetacho9415
@tamanagetacho9415 3 жыл бұрын
dhugaatti wanna bay'ee ulfaatadha abshir nama jaalalaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa
@jamilahikhatun8380
@jamilahikhatun8380 3 жыл бұрын
uuuuuu yaa rabbii kessa nama isuma beka anis mudano akkana qaba maluma ta'uu jalale ko kani isaa dhugaa barataa kuta 12 garu maati kiyaa hin jalaatani ani isaa male jirachuu danda'uu furmaan kiyaa mali inilee daqiqaa tokkof na obsu danda'uu garu abban ko nama ani jalaanee dirqamaan na kenaraa 😭😭😭😭😭😭😭 hayii jalalaa ♥💕♥♥💕
@boniiamboo8414
@boniiamboo8414 3 жыл бұрын
Uuufffaaa homa miti Baredu ko nama jala tu male dirqama hin qabidu isimati Eerumi boda in dararamu hin ciqami hadhako💞💯💟😭
@barisoballa1974
@barisoballa1974 3 жыл бұрын
I love this lady but I am 75 years old what can I do my own answer to be Honest Oromo free!!.
@ayyaantumalaaku3202
@ayyaantumalaaku3202 3 жыл бұрын
waqaayyoo ishet haa ararmuu durayuu in sobdii
@safeyah0075
@safeyah0075 3 жыл бұрын
Uuuuuuufffffffff rabbin kan isii caaltu siif haa kennu dhugaa
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 3 жыл бұрын
Uuuuff garaa nama nyaata jaalali yoo dubbatu salphaa fakkaata malee baayyee ulfaata rabbii nama dhugaa siif haa laatu oduu nama fayyaa maraacha
@shukriyajibril9000
@shukriyajibril9000 3 жыл бұрын
Hedduu nama gaddisiisa garu homa miti abshir 😥😥😥😥😥😥😥
@qubeetefera5117
@qubeetefera5117 3 жыл бұрын
Ayyyiiiiiiiii namaa midhametu beekka jalalaa akkati namaa midhuu 😭😭😭😭😭😭😭
@obse1975
@obse1975 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuu maloo maal argina garaa nama nyataa nama amanun gari miti
@meseretbirhanu9055
@meseretbirhanu9055 3 жыл бұрын
Homa miti guyya tokko ishenis itti gafatamti ati garu nama sii jalatu argataa
@zaramusaendirszaramusaendi7936
@zaramusaendirszaramusaendi7936 3 жыл бұрын
Uuufff obboolleessakoo abshir rabbii saa gargaruuu
@chaltufayisa1400
@chaltufayisa1400 3 жыл бұрын
Homaa mitii anis garu achuman ture sin bare malee
@galoocawwaqa1620
@galoocawwaqa1620 3 жыл бұрын
Uuuuuuuufffffff baay'ee garaa namaa nyataa dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😥😥😥😥😥😥
@sinbootube9213
@sinbootube9213 3 жыл бұрын
uuuuuf garani nama nyataa waqayyo sii yaa jabbesuu😭😭😭🥰
@berhanebekele8621
@berhanebekele8621 3 жыл бұрын
uuuuuuuuufff abashir obbolleessa kenyaa kan waqayyoo jedhe hin dhabadhu
@simbootube3711
@simbootube3711 3 жыл бұрын
Uuuuuuufffffff garaa namaa nyataa waqqayyoo kan garaa keti sif haa basuu bro
@zaraamanuel7847
@zaraamanuel7847 3 жыл бұрын
Bayeee garaa nama nyataa homaa mitii waqqayyoo kan siif kahee hun dhabduuu.
@Mitiku682
@Mitiku682 3 жыл бұрын
Waqayoo namaa laphee qululu sii jalatu siif haa kenuu
@miresafite1021
@miresafite1021 3 жыл бұрын
jalaala, jalaala kan na qabee kan mucayyoo.......
@sabootuuoromo4379
@sabootuuoromo4379 3 жыл бұрын
Yaa rabbii garaa nama nyaata seenaan kee
@abdiioromooforomiyaa9373
@abdiioromooforomiyaa9373 3 жыл бұрын
Eessa,jirtii nati himuu jaallattee hin dhabinii hin galchinaafi kkkkk
@senaalamii6275
@senaalamii6275 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuffffff bro obsii sifsii waqayoo jiraa
@alihamm9402
@alihamm9402 3 жыл бұрын
Uuufff garaan namaa jalaatee gowwadha homaa mitti kodee
@hunddahammatukoooromiyaa6508
@hunddahammatukoooromiyaa6508 3 жыл бұрын
Uuuuuuf miskina koo garaa nama nyaata Abshirii bro rabbii sif jiraa
@qaashtiisanyiioromoo9561
@qaashtiisanyiioromoo9561 Жыл бұрын
Ayhii seena.koo fakkataa.dhumaa.irrattii😭😭😭
@tigtijitube8325
@tigtijitube8325 3 жыл бұрын
Miskinaa koo baay'ee garaa na nyatee dhugaa waqaa uuuuffff argaa jalalaa
@eirbaya5517
@eirbaya5517 Жыл бұрын
Jabadhuu omaa mitii♥️♥️♥️
@grend5224
@grend5224 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuufffffffiiiii ayzo Bro rabbii jiraal
@sabootuuoromo4379
@sabootuuoromo4379 3 жыл бұрын
Dogogorra isheeti osoo ana tahee jalaan bada
@mestwetteshome3323
@mestwetteshome3323 3 жыл бұрын
Gara nama nyata ayzok kan sif jedhee taetuma sii dhegaa homa mitti 😭😭😭😭
@zeeniyunus4873
@zeeniyunus4873 3 жыл бұрын
Media kana sabaabumaa monetiin lalaa
@obseal4249
@obseal4249 2 жыл бұрын
Uuuufffi dhuga bayee nematidhagahamma dhuga obbolesa ko anisi seennaa akka keni qabba garu Mali godhu kan waqayoo jedhe male hin ta,u
@abdurahmanabdusemed9460
@abdurahmanabdusemed9460 3 жыл бұрын
Jaalalaa jidu ossoo mijjaate qiileensii seenu hinqabu ture nama mitti
@amanehusen815
@amanehusen815 3 жыл бұрын
Uuuuuufiiii.wlhii kesaa.koo.naa.dhukubsee. obitertaa.dhiraa.jiradhuu.atii
@ሀዊግርማ
@ሀዊግርማ 3 жыл бұрын
እናመሠግናለን ጥሩ ትምህርት ነው አይዟ😘😘😘
@dameewaqumaa1342
@dameewaqumaa1342 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuufiii obsii obolessaaakooo😭😭😭😭☝️
@ayishaajimmaa2052
@ayishaajimmaa2052 3 жыл бұрын
😭😭😭
@getutarafa7719
@getutarafa7719 3 жыл бұрын
Waaqayyoo dhugaa jaalala isaa haa barbadu!
@workijifara6428
@workijifara6428 3 жыл бұрын
Bayee gara nama nyataa Atii barnotaa keeti cimii boruu sitiu jalata oso hin tanee situ jalatamaa 😥😥
@oromoormiy250
@oromoormiy250 3 жыл бұрын
Oma moti rabi jiraa aizoo qomo
@sshawaa4681
@sshawaa4681 3 жыл бұрын
Waqayyon jira garuu garaa na nyatee Dubbiin kee 😭😭😭😭😭
@aabb4915
@aabb4915 3 жыл бұрын
Uuuuuffff baay'ee gara nama nyaata dhugaa kan waqayyoo jedhe maalee hin ta'u kan kee ta'ee eesayu hin dhaqu
@kidanefikadu1092
@kidanefikadu1092 3 жыл бұрын
Jalaala dhugaa dha.
@snbcfgh8745
@snbcfgh8745 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuufff nama gaddisiisa obbolessako😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@birkedg5006
@birkedg5006 3 жыл бұрын
Obsi kayyoo kee bakkaan gahii Waaqayyo siif haa ta'u
@obsinanbirri6628
@obsinanbirri6628 3 жыл бұрын
sagantaa kana hedduu jaaladheera bareedduu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@obseekasuu6140
@obseekasuu6140 3 жыл бұрын
Uuufffee senaa garaa namaa nyataa
@tayubayisa1618
@tayubayisa1618 3 жыл бұрын
Uuuuffff mucaa biyyaa kiyaa bayee garaa namaa nyataa 😿😭😭
@ananiyabekele6232
@ananiyabekele6232 2 жыл бұрын
Yaada keef guddaa galaatomi
@asterkatamaal576
@asterkatamaal576 3 жыл бұрын
Uuuuufff bayyee gaara nama nyataa
@user-qo8ss8mi6w
@user-qo8ss8mi6w 3 жыл бұрын
Abshir haadhoo koo gara naa nyatee dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭
@abeerkfgnff9316
@abeerkfgnff9316 Жыл бұрын
Uuuuffffi kiyyaa akamitti ibsadhuu laatuu 😭😭😭
@genetdirre4486
@genetdirre4486 2 жыл бұрын
Jiradhu sanyi oromoo koo 💯🙏
@tayitutube6246
@tayitutube6246 2 жыл бұрын
Saafuuuuu jalalaa kanaf godaanisaa
@berkenbazzi3170
@berkenbazzi3170 3 жыл бұрын
Uuuuuffff baayee gaara namaa nyaata
Yeroo Jaalalaa
21:08
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 64 М.
Halkan Suuta Jennee Walitti Dabarra
21:48
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 32 М.
Every parent is like this ❤️💚💚💜💙
00:10
Like Asiya
Рет қаралды 26 МЛН
Watermelon magic box! #shorts by Leisi Crazy
00:20
Leisi Crazy
Рет қаралды 116 МЛН
НАШЛА ДЕНЬГИ🙀@VERONIKAborsch
00:38
МишАня
Рет қаралды 2,4 МЛН
VAMPIRE DESTROYED GIRL???? 😱
00:56
INO
Рет қаралды 7 МЛН
Yeroo Jaalalaa: Dhiifama
22:13
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 68 М.
Ifrah Mamile | Balaguma | Diraamaa Afaan Oromoo | 2022
27:39
ifrah mamile
Рет қаралды 297 М.
Yeroo Jaalalaa
23:33
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 77 М.
Yeroo Jaalalaa
25:56
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 220 М.
Yeroo Jaalalaa
18:10
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 21 М.
ዕንቁ (ክፍል 17)
36:44
Birabiro Tube ቢራቢሮ
Рет қаралды 12 М.
Yeroo Jaalalaa
30:23
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 72 М.
Yeroo Jaalalaa
21:54
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 187 М.
Every parent is like this ❤️💚💚💜💙
00:10
Like Asiya
Рет қаралды 26 МЛН