DAWIT ALEMU : ULEE

  Рет қаралды 151,536

OBORO MEDIA

OBORO MEDIA

Күн бұрын

Пікірлер: 436
@feyisalemessa2201
@feyisalemessa2201 5 ай бұрын
Hin danda'amne ijoolleen oromoo! Dhagaa fi Tulluu daaka walaloon! yeedaloon ammoo eebba! Qindeessaan ogeessa cimaadha! Sabni kun utuu tasgabbbaa'ee hojii akkam akka hojjetutu natti dhaga'ama. Dhaloonni akkasii waan caaluun akka deebi'aniif jajjabeessaa. Sagalee lubbuu boqochiisu, soora! Eebbifami abboo! Nagaa ta'i!
@hancalegalati2163
@hancalegalati2163 5 ай бұрын
Amen Ameen ameeen ameeen ebifama
@ObseKhinati
@ObseKhinati 5 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifaama dachaa
@alootolasa2835
@alootolasa2835 5 ай бұрын
Barri kee akka eeffamumetti haa hafu haadhakoo
@siyadadessalegn8096
@siyadadessalegn8096 5 ай бұрын
Atis hubannaa fi ilaalcha bareedaa kenniteef eebbifami
@AliAli-u7g3o
@AliAli-u7g3o 5 ай бұрын
Ebifamii dhugaa uuuf 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤
@MokeNigatuTube
@MokeNigatuTube 5 ай бұрын
Obbolleessakoo dhugumaa atii farfatadha wayyoo hadhoko jabadhu🥰
@singereyerusalemzewdie2353
@singereyerusalemzewdie2353 5 ай бұрын
ኦሮምኛ አልችልም ግን ከዚህ መዝሙር ጋር በፍቅር ወድቄአለሁ! መንፈስ ያለበት እና ውስጥን ሰርስሮ የሚገባ ነው! ዴቭዬ አባቴ ፀጋ ይብዛልህ! ❤🥰
@gospelsingerebisakebede6725
@gospelsingerebisakebede6725 5 ай бұрын
Devakoo nuuf jiraadhu ayyaanni kun sirratti ha hafu oboro media atis baayyee eebbifami ijoollee ayyaanaan faayaman baayyee nuuf gumaachaa jirta sijaallanna
@ManesaaHamzeh
@ManesaaHamzeh Ай бұрын
Waawu wanna jedhun dhabee❤❤❤
@MekonnenLemma-t3t
@MekonnenLemma-t3t Ай бұрын
Daawitiyyee Waaqayyo si yaa eebbisu Faarfannaa kanaan eebbifameera ammayyuu sirritti kadhadhu ergaan dhalootaa akka siif dabalamu
@Nouriya-z2m
@Nouriya-z2m 5 ай бұрын
😢😢😢😢😢❤❤❤❤ufffff waanani sii jedhuu hin qabu hadhokoo barii kee haa ebbifamuu ayyanisaa isnf bayyatuu 😘😘😘😘🥰🥰
@WanchaIndalu
@WanchaIndalu 3 ай бұрын
Jiruun si wallaaluu naaf du'adha siif jiraadhee du'uun naaf bu'aadha waaqako😢❤
@DarartuTafara-u1q
@DarartuTafara-u1q 5 ай бұрын
❤❤❤ kanan waamee Waamee hin Quufnee. ! ❤ Eebbifamii Dawwe.
@obseeYouTube-x4u
@obseeYouTube-x4u Ай бұрын
Wow ❤❤❤❤Dev waaqayyo sii haa ebbiisu ebbifamii kenna kaana caluu siif haa dabbalu 💯💯💓💓💓💯💯💯💯💯💗💜💜💜💜
@tafesegutu7690
@tafesegutu7690 5 ай бұрын
Ogeessa koo! Faarsaa keetu qalbii koo bade deebisaa jira! Walaloon kee! Mi'aan faarsaa kee, akki itti waaqa koo ibsite ❤ baayyee nama ajaa'iba! Foolii waaqaatu sirraa urgaa'a!! Eebbifami Haadhoo koo..❤❤😊
@DestayeBariDestiye
@DestayeBariDestiye 3 ай бұрын
Wooyyooo maalumaan jedhagaa waa'eeke obboleeeeeessako baaaaayyeeen si jaaalladha gooftaa keessatti sagalee kilolee jabaadhu gooftaan si wajjin jiraa yaa daawit ❤❤
@AlemDiriba-c7s
@AlemDiriba-c7s 5 ай бұрын
Wawuuu Ameen Ameen Ameen Ameen waqqayoo baraa kee haa ebbisuu siif haa dabaalamu ayyanichii♥️♥️♥️✍️✍️✍️✍️✍️
@seenaazerfu5444
@seenaazerfu5444 5 ай бұрын
Wow amazing hallelujah hallelujah akkasti farfani dhugaa waqayyoo waqayyoo waqarra baraaf jirenyaa kee dachaa siyaa ebbisu Ebbifaamii maqaa yesusin 🙏🙏 God bless you ❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️
@TikiShigut430
@TikiShigut430 5 ай бұрын
Ulfinnisaa Waaqayyoof haa ta'u!! Eebbifami dachaa dachaa🥰🥰🙏🏽
@kvif-g4i
@kvif-g4i 4 ай бұрын
Uuuuuuuufffffeeeeee waaqayyoo baraaf kee haa ebisuu 😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍
@DejeneDabesa-g4m
@DejeneDabesa-g4m 5 ай бұрын
Eebbaaf ta'i❤❤❤❤. Sirba malee faarfanaa erga dhageenyee bubuleera. Kana faarfanaan...Waaqayoon ayaana isaa jajatu kana siif baay'isu.
@WanchaIndalu
@WanchaIndalu 3 ай бұрын
Hin quufamu dhugaa 😢 eebbifami dachaa
@admasunegassa
@admasunegassa 3 ай бұрын
faarfannaan akkas, dibamnaan akkas. jabaadhu obboleessakoo faarsaa keen hafuurri nutti deebi'eera, inuman dhageeffadha garuu hin quufu, animee gaafan silaalu abdiikoo dhumetu haara'a
@OroOro-gv8ll
@OroOro-gv8ll 5 ай бұрын
Waaqayyoo baraafi jireenya kee haa eebbisuu buddenaa nama qubsuu eelee irratti beekuu akkuma jedhamu namni dibaata akkanumattu ni beekamaa ayyanni gooftaa koo bara jiraattuu hunda sirraa gargar hin ba'iin
@FiraolSileshi-mr7ko
@FiraolSileshi-mr7ko 5 ай бұрын
Maqaan waqaayyoo haa ebbiffamuu abba ayyana kana inni ta'ee isaa. Ammalee ayyani goftaa koo siif haa baayyattu dawee.
@daawityesus5790
@daawityesus5790 5 ай бұрын
Wawuuu Ameen Ameen Ameen Ameen waqqayoo baraa kee haa ebbisuu siif haa dabaalamu ayyanichii️️️️️️️️
@daleeabdiisa5407
@daleeabdiisa5407 5 ай бұрын
Farfannaa ajaayibaa Baayyee eebbifami Sirbaa fi Girgirrii irraa bilisaa. Slow and very powerful spiritual song. I like it. May God bless you obboleessoo. The song uplifts my spirit and satisfies my soul. Thumbs up Oboro media
@beriberi9308
@beriberi9308 Ай бұрын
ililililiiii ililililiiii ililililiiii ililililiiii ililililiiii ililililiiii ililililiiii ililililiiii ililililiiii ililililiiii ililililiiii haleluyyaa ebbifamii❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
@MartaJevara
@MartaJevara 5 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉waaawuuu goftaan haa ebbifamuu ebbifaamii atilee obbolessakoo
@IdeasShura
@IdeasShura 5 ай бұрын
Waaqqayyoo si ha eebbiissuu🥰🥰🥰
@AyuTolasa
@AyuTolasa 2 ай бұрын
Waqyyo baroota keessatti nama isaa jajatu qaba halelleyyuuuu ❤
@burtukanchala2740
@burtukanchala2740 5 ай бұрын
Baga gammadhee kodhee koo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@bakilefayisa2531
@bakilefayisa2531 5 ай бұрын
Dhalotaa akkasii nuuf kasuu kef ulfadhuu ummaakoo wae keef waqayyoo haa ebbifamuu hin qufamuu faruun kee ebbiifaamii 😢❤❤❤❤🎉🎉
@SmilingAquariumFish-uy6cj
@SmilingAquariumFish-uy6cj 2 ай бұрын
Ebbifami dechaa baraafi jireenyaa kee haa ebbisu ❤❤❤❤❤
@Feenat-q2r
@Feenat-q2r 5 ай бұрын
ayyaannii waqaayyoo sirrattii haa dabalamuu ebbiifammii eebbbiifaamaa namaa waqaa farsaa in qufaamnee❤❤❤❤❤❤❤❤
@Zenash-c2b
@Zenash-c2b 3 ай бұрын
Uuuuuufeee baayy,ee araa nama galfachidhaa ebbifamii waqqayyon sii yaa ebbiisuu ebbifamii obboleessa koo
@DejeneTilahun-x7h
@DejeneTilahun-x7h 2 ай бұрын
Sababa funaanee Siin hin Ooduu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Baay'eema, Baay'ee Eebbifami nama ko
@DeguBekansa
@DeguBekansa 5 ай бұрын
Amen Amen Amen Ebbifamii dhugaan isa kanaa ulfadhu Waaqayyoko
@LateraRundasa
@LateraRundasa 5 ай бұрын
Dhugumaatti ati Kan eebbifamteedha God bless you more and more ❤
@KENNOKELBESSAGERGARA
@KENNOKELBESSAGERGARA 4 ай бұрын
Eebbifamii dawee@@
@amanuelzarihun226
@amanuelzarihun226 5 ай бұрын
Ayyaanuma dinqii dinqii akkamiitiin ba'anii mul'achaa jiru ijoollee keenya gara boodanaa kun! Waaqayyo abbaan ulfinaa ammayuu ayyaana ogeessa si godhu, kan Waaqayyoon beeku sitti mul'isus siif haa kennu. Baayyeeman ittiin eebbifame faarsaa kana. Ammallee kanarra ayyaanni siif haa baayyatu obboleessakoo
@Oromon1
@Oromon1 5 ай бұрын
Sirra jira dhugaa waaqumti daddabalee ammas sihaa eebbisu ❤❤❤
@Xaayituu1568
@Xaayituu1568 5 ай бұрын
❤❤❤❤waaqayyoo ayyaana kanaa caaluu sif habaayyiisuu brother uuuuuuuuffeeeeeeeee farfanaa hinqufamnee eleleleleleleleleleleleleee eleleleleleleleleleleleleee eleleleleleleleleleleleleee ❤❤❤❤❤❤❤❤
@yoelefa5934
@yoelefa5934 5 ай бұрын
Baay'ee namati tola waaqayyoo bara Kee haa ebbisuu ♥️♥️♥️♥️♥️
@DejeneDabesa-g4m
@DejeneDabesa-g4m 5 ай бұрын
I can't stop listening this song. Sirbaa fi girigirii irraa bilisa. Eebaaf ta'i❤❤❤❤❤
@ManesaaHamzeh
@ManesaaHamzeh Ай бұрын
Sagalichii maal bareeda ijoo
@RaTa-iu1mr
@RaTa-iu1mr 5 ай бұрын
Ebifamii ❤❤❤ waqaayyoo si ebisuu
@tolawaktaye3997
@tolawaktaye3997 5 ай бұрын
Wow Eebbifaamiii Dev👏👏👏👏👏🙏
@Singermilkiasbeketo
@Singermilkiasbeketo 5 ай бұрын
Essa guddatte ati baga dhoksee si guddifate gooftaan,Abboo baay'ee eebbifame eebbifami irraa hafi❤❤❤❤❤😂😂
@GameDame-k5c
@GameDame-k5c 2 ай бұрын
Ebifamii waqayoo ha ebifamuu🥰🥰🥰🥰🌹🌹
@EbiseAbeba
@EbiseAbeba 5 ай бұрын
waqayyoo barakee jirenyaake ayyeebisuu afii jirradhuu motumma iassafi afii jiradhuu
@NIMOONAAWAQQN
@NIMOONAAWAQQN 4 ай бұрын
Wow eebbifamii
@tadeelleehaile664
@tadeelleehaile664 3 ай бұрын
This is the beginning not the end .God blessed you again and again.
@FayyinaaAfuraanbarbadaa6480
@FayyinaaAfuraanbarbadaa6480 5 ай бұрын
Dhugaa sagalee samuu namaf tasgabii kenu mi'aa jaalala waaqayyoo nama hubachisuu Eebbifamii siin jedhaa malee mal jedhu❤❤❤❤😢
@TolosaGetachew-bp8hy
@TolosaGetachew-bp8hy 5 ай бұрын
Ameen ameen 🙏🙏🙏 ajaa'iibaa hojjiin waqayyoo Devo koo jabadhuu 👍👍
@Gudetu-zo9vj
@Gudetu-zo9vj 5 ай бұрын
Ebbifamaa kan caalaa ayyani sif haa bayyatu nama waaqayyoo jabadhuu❤❤❤❤❤❤❤
@ayantu5728
@ayantu5728 5 ай бұрын
Uuuuuffffeee ebbifamii waaqayyoo ayyaana humna ubannaaf ogumma siif haa dabaluu lalisi barabaraan akka ULEE haaroon😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@derejedufera9320
@derejedufera9320 5 ай бұрын
Waaqayyoo guddaa sii haaeebbisu eebbifami dhugaa kana dhageeffadhe hin quufu eebbifami
@SmilingAquariumFish-uy6cj
@SmilingAquariumFish-uy6cj 2 ай бұрын
Dhugaa waaqa dhaggeffann quufu dadhabe uuuuuuffffeeeee kanuuma caala dechaa siifa kennuu waaqayyoo ❤❤❤❤❤❤😢😢😢
@EbboTB
@EbboTB 3 ай бұрын
Dave Eebbifami🥰🥰🥰
@IlsaaEsaahtu
@IlsaaEsaahtu 3 ай бұрын
❤❤❤ ebifami dhugaa uuuuuffffiii
@GulumaMitiku
@GulumaMitiku 5 ай бұрын
utuun dhiiga hin ta'in kee na goote!!!!!!❤❤❤❤waawww eebbifami
@GedafaJote
@GedafaJote 27 күн бұрын
Bayessaa jabadhuu
@gamechutolasa9925
@gamechutolasa9925 5 ай бұрын
Wow!! Dhugaa dubbachuuf baay'ee nama eebbisa ayyaanni siif haa baay'atu.
@Habtamu_Shumi_Official
@Habtamu_Shumi_Official 2 ай бұрын
WOW God Bless you Bro ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gurmugemechu1825
@gurmugemechu1825 5 ай бұрын
Gooftaankoo ulfina haa argatu Aayyaanni isaa haga dhumaatti SI haa dhaaboo Waaqayyoo baroota keessatti namoota dibataa Nuuf hin dhabu!!!kunoo akkanatti nu eebbisa❤❤❤❤❤❤❤
@YOMIFASEFA
@YOMIFASEFA 5 ай бұрын
Waqqayon guyya tokko akka mana isa kessa na dhabbu abdiin qaba. Eebbifami uuuf bayye tokko❤️
@QabaneAbdisa-lm4dw
@QabaneAbdisa-lm4dw 5 ай бұрын
Waaqayyo baraf jireenya ke haa eebbisuu. Dhuguma abdiin dhumee haara'a yesuusin gaafa ilaalu dhageeffadhe quufu hin dandeenye shubbisa sammu nama hatuus hin argine an killipi ke keessatti dhugaaf hafuran farfatte ati yesusin❤❤❤❤❤❤❤❤
@Tegetesf
@Tegetesf 5 ай бұрын
Waaqayyoo sii haa Eebbisuu Dawiit jabaadhu ammaalle ayyaanni isaa siif haa bayyaatu ❤️❤️❤️
@leensaa6058
@leensaa6058 5 ай бұрын
Wawoooooooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waqaayyoo barafi jireenyaa keessan haa ebbisuu ebbifamaa 🙏 👏 ♥️
@GiftPretty-h7r
@GiftPretty-h7r 11 күн бұрын
Ebbifamii❤❤❤❤
@ejersabelew5400
@ejersabelew5400 5 ай бұрын
Eebbifami Devi. Maal Farfannaa akkanatti namatti tolu!
@MihiretuKebede-x8x
@MihiretuKebede-x8x 5 ай бұрын
Faarfannaa hafuura namaaf haaressudha. Guddaasaa eebbifami. Adaraa kee itti fufi ammallee !!
@SaseEjegu
@SaseEjegu 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤ jabadhuu chichuu koooo❤❤❤❤
@tsayeebirraatuu8751
@tsayeebirraatuu8751 5 ай бұрын
Uuuuuffffee Amen Amen Ebifami ebifami dacha hadhoo koo 🥰🥰🥰
@DinkeTamiru-q6t
@DinkeTamiru-q6t 4 ай бұрын
Ameeeeen eebbifami faarsa lubbuu namaa boqochiisu!!!!
@abditesemaofical7221
@abditesemaofical7221 5 ай бұрын
Barrikee haa eebbifamuu farfaannaa nama eebbisuudhaa
@nafiletbiranu
@nafiletbiranu 3 ай бұрын
Ebbifami dev ❤❤
@GenetDeberegadisa
@GenetDeberegadisa 5 ай бұрын
Ameeeeeeeeeen dhugaa faruu bayyee namatii toluu eebbifamii ❤❤❤❤❤❤❤
@SaBaif7113
@SaBaif7113 5 ай бұрын
Ati faarfataadha❤❤❤❤
@Obsaa-dha
@Obsaa-dha 5 ай бұрын
Galatnni waaqayyoof haa ta'u ! ❤🙏🏻 Dhugaa dubbachuuf faarfannaa ajaayibaa Sagaalee bareedaadhaan faayamee faarfatameedha! Kan faarfatame immoo YESUUSIIDHA! Jalqaba yeroon video'icha are view isaa ilaalee faafannaama siyaanaa sanaadha kanaaf namni ilaaluu dhiise jedheen scroll godhee irra darbeemmoo itti deebi'ee dhaggeeffadhe...! What a song ! You are blessed bro! Keep worshipping this God with your amazing voice! I Recommend everyone to listen to this gospel song❤❤🙏🏻
@AbcPpm-gd3he
@AbcPpm-gd3he Ай бұрын
Ebbifamii 🥰🥰🥰🥰🥰
@phtgaashuubefikaduofficial8890
@phtgaashuubefikaduofficial8890 5 ай бұрын
Uuuufffeeee Ayyaanni siif haa baayyatu haadhoo koo
@FikiruShawul
@FikiruShawul 4 ай бұрын
Wow dhugaa eebbifami ergaa ajaa'ibaati
@dagagaaddaamu
@dagagaaddaamu 5 ай бұрын
Dhugaa Namatti Tola Eebbifami❤
@MiresaBacha-l3p
@MiresaBacha-l3p 4 ай бұрын
Faarfannaa baay'ee nama eebbisudha. Waaqayyo bara Kee fi jireenya Kee ha eebbisu
@QaroAbeya-z9d
@QaroAbeya-z9d 5 ай бұрын
Wow! Hojii bareedaadha.naaf jabaadhu!🙏
@Dararttu
@Dararttu 5 ай бұрын
Ebifanmii adhoo koo❤❤❤❤❤❤
@Sena-q4t
@Sena-q4t 3 ай бұрын
Guddaa ebbifamii❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@jarrahtube5103
@jarrahtube5103 5 ай бұрын
Uuuuuuuu yaa faarfannaaa kanaa quufuun dadhabe ❤ 🙏
@Burtkan-p6s
@Burtkan-p6s 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤ eebbifamii dhuga
@AbdiMegersa-yz5rw
@AbdiMegersa-yz5rw 5 ай бұрын
Dave koo ❤bayyee sitti gammane waaqumtti sii haa ebbisu
@galoshow5398
@galoshow5398 5 ай бұрын
Abban Ayyaanni kana galata argatu,Devako jabaadhu.
@alemugamshu7084
@alemugamshu7084 5 ай бұрын
Ameeen bara baraan eebbifami baayyeen itti jajjabaadhe
@فرحانالمطيري-ظ7ض
@فرحانالمطيري-ظ7ض 5 ай бұрын
Uffffffffff waaqayyoo baraake haebisuu ❤❤❤❤❤
@Get-z4q
@Get-z4q 5 ай бұрын
ebbiiffami dhugaa sagalee jajjabiina faarsa nama boqochisu waaqayyoo ayaanasa siif haa bayisuu nama hamma dhumtti faarsu sii haa tasiisu
@BayisaDhabaa
@BayisaDhabaa 3 ай бұрын
Ameeeeeni ayyaanaa isaa siff haa baayisuuu goftaan kop
@joobiraastudio2364
@joobiraastudio2364 5 ай бұрын
i love u so mouch broyye its really ammazing song omg god bless u
@naafii450
@naafii450 5 ай бұрын
Waqaayyoo sii ha ebbisuu❤
@Laaloo-rb3nz
@Laaloo-rb3nz 5 ай бұрын
Wow oggessa muccaa Abbaakootti ebbiffammi guddaa bara baran ebbaa waaqa irran Ebbaa lafa irran ebbiffammi wan hundaan ebbiffammi dhugaa
@BiliseAjibachew-vq7td
@BiliseAjibachew-vq7td 5 ай бұрын
❤❤❤❤ eebbifami nama gooftaa
@MeseretHedato
@MeseretHedato 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤ eebbifami🙏
@DesuBira
@DesuBira 5 ай бұрын
Kanuma caalatti dibamii❤❤❤❤❤❤ eebbifami
@JaL-n7c
@JaL-n7c 5 ай бұрын
Wow eebbifamii daacha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
NAANNAWWAAKOO  | SOLOMON ALEMU  |  2017 New Afaan Oromo Live Worship
18:52
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 168 М.
DAWIT GIRMA: WAAKKUU HIN TAATU! Track 05
7:38
Dawit Girma Fufa
Рет қаралды 517 М.
Tuna 🍣 ​⁠@patrickzeinali ​⁠@ChefRush
00:48
albert_cancook
Рет қаралды 148 МЛН
Support each other🤝
00:31
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 81 МЛН
KUNUUNSAKEE:Naflet team
4:45
Naflet tube
Рет қаралды 109 М.
JABAA || Tamagn Muluneh || Faarfannaa Afaan Oromo || Protestant Mezmur 2024
11:47
Tamagn Muluneh Official
Рет қаралды 1,4 МЛН
Faarfannaawwan haaraa walitti fufaa 2025
27:13
Samuel Tesfa
Рет қаралды 33 М.
DAWIT GIRMA  : NAN GOCCA
6:50
OBORO MEDIA
Рет қаралды 344 М.
Solomon Alemu | ACHI | New Afaan Oromo Gospel song (Official Music Video) 2024/2017
6:48
MAGARSAA BAQQALAA  FAARFANNAA _@2016
18:44
Amanti studio
Рет қаралды 150 М.