OMN Horn Odeessaalee Onkololeessa 3, 2024

  Рет қаралды 21,484

OMN

OMN

Күн бұрын

Пікірлер: 71
@BeyanMohamed-zp8do
@BeyanMohamed-zp8do Ай бұрын
Harka fuune akkam jirtu warra OMN , wahee dhimma dhaabbata dhiheenya kana ummata keenya saame kan infinity power jedhamu ilaalchisee waan maalif irraa dubbachuu dhabdan hatattamaan qaaama dhimmi ilaalutti akka nuuf dabarsitan kabajaan isin gaafanna,
@urjiioromia5833
@urjiioromia5833 Ай бұрын
❤❤❤❤ baga nagayaan dhuftan kabajamtootta keenya , vous êtes bienvenue ❤
@MaxamadpCali
@MaxamadpCali Ай бұрын
❤❤❤❤❤ yoyyaa ilmaan AYYAA
@BayyaanAilyii
@BayyaanAilyii Ай бұрын
Baga nagan dhuftan omn ijaf gurra umataa isin jaalanna
@BonaaHasan
@BonaaHasan Ай бұрын
Ijaf Guraa Uummata My Oromo❤🎉
@AdamAbrahim-7a1d
@AdamAbrahim-7a1d Ай бұрын
Yooyyaa omn ijaafi guura ummata hayyoota keenya nuuf jiraadha❤❤🎉🎉🎉
@aanaashow2403
@aanaashow2403 Ай бұрын
❤OMN ijaa fi Gurraa Umataa Oromoti 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
@HidayaZubeyri-s7n
@HidayaZubeyri-s7n Ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉 baga jala bulti ayyana irricha geysan genye
@Abdiiliya
@Abdiiliya Ай бұрын
❤❤❤bagaa.nagayaan dhuftaan.yoyya. amallee.yoyyaa
@tajuutube4096
@tajuutube4096 Ай бұрын
Amanuuf nama dhiba. Dhaabbanni INP jadhamu kun waggaa guutuu erga ummata saamaa ture booda Ayyaanaaf waltajjii qabna jachuun ummatatti hulaa cufatee jira. Dhaabbanni kun gara baankii daldala Itoophiyaan (CBE) ummata maqaa soolaarii bitadhaa jadhuun ummata saamee jira. Kisaaraan ummataa kisaaraa biyyaati Account baankii tokkoo eenyummaa guutuun malee hin banamtu kanaaf mootummaa baankii kana waliin ta'uun warra ummata saamaa ture kana irratti tarkaanfii fudhachuun dhaabbatichi maallaqa ummataa saamee akka biyyaa hin baqanne saffisaan tarkaanfii fudhachuu qaba. Akka jadhamutti sababa dhaabbatichi ummata saamee dhabameen wal qabatee namoonni jaha lubbuu ofii galaafataniiru jadhamaa jira. Ummatni hin hafe. Akka gorsaatti Ummata keenya qabeenyi ni dhufa ni kuta kanaaf jattaanii lubbuu teessan qaalii hin baasinaa!! Mootummaan dhaabbaticha kana tarkaanfii fudhachuun seeraaf dhiyeessuun haqa ummata kana deebisuuf tarkaanfii saffisaa fudhachuu qaba!! Odeeffannoo kama waliif qoodaa!!
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Ай бұрын
Baga Nagaan dhuftanii Guyyoo fi Abrahaam 🌻🌻💖💖🌻🌻
@JamalHadii
@JamalHadii Ай бұрын
🎉
@sarrgodanaguyo3892
@sarrgodanaguyo3892 Ай бұрын
OMN Media Haqa Xiinxaltootta Koo Baga Nagaan Dhuftani Jal'Bulttii Ireecha Bara 2024 Baga nagaan Geetani Ka Nagaaf Quufa Nuf Haa Ta'uu Jenna Sabba Oromoof Oromiyaa Hundhaaf🙏
@oriaadiga4011
@oriaadiga4011 Ай бұрын
Good job
@jafarmahammad-bj5ni
@jafarmahammad-bj5ni Ай бұрын
Welcome ❤❤❤❤❤❤
@FuadHalane
@FuadHalane Ай бұрын
❤❤❤❤❤mmy dear brothers
@KamilAhmedbachir
@KamilAhmedbachir Ай бұрын
Guyyoo hiriya kiya me akkami inuma jirta wal banne lakki
@ibsaamin-eg9zu
@ibsaamin-eg9zu Ай бұрын
OMN sagalee ummataa❤❤❤
@SomoIya-s4h
@SomoIya-s4h Ай бұрын
Yooyaa OMN gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹🌹
@BeyanWako-gl1bo
@BeyanWako-gl1bo Ай бұрын
Jarana sirriti jabeesati umataf irra deddebiati qaabsisa.biraanu nanga irraa oromoodhaf waan tulu eegun bofa irraa nadhi dammaa eegudha.
@oriaadiga4011
@oriaadiga4011 Ай бұрын
Richie 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🙏
@SkFb-qr1lz
@SkFb-qr1lz Ай бұрын
❤❤❤
@YeeTawahidoLij4764
@YeeTawahidoLij4764 Ай бұрын
Bagaa waluman geenyee ❤🎉
@AolMpef
@AolMpef Ай бұрын
@MuktaerMohammed
@MuktaerMohammed Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sarrgodanaguyo3892
@sarrgodanaguyo3892 Ай бұрын
Biraanu Nagga Diina Oromoof Oromiyaattii Sabni Oromoo Keessaf Halla Beekhuu Qaba Namicha Sirgo kana Ireechi Irreef Aaddaf Dhuddaa Keena💪🙏✍️✍️💫❤💚❤💝👍
@Kaalidshaafi-t7b
@Kaalidshaafi-t7b Ай бұрын
Well com OMN Gaafa guyyoon isin bira hinjirre isinan jaalladha
@WadiNoor-v9i
@WadiNoor-v9i Ай бұрын
Welcame
@MahammadAbdalla-d9b
@MahammadAbdalla-d9b Ай бұрын
Yooyaa ❤❤❤❤
@MuslimAhmad-z2n
@MuslimAhmad-z2n Ай бұрын
Dhugaa
@tajuutube4096
@tajuutube4096 Ай бұрын
Wahee Dhabataa INP umataa Samee hiin Dubatuu guuyoo Abbaa jiirmaa
@GamachisEMIRU
@GamachisEMIRU Ай бұрын
Omn yooyyaa
@MasratNuse
@MasratNuse Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@BultoCAM
@BultoCAM Ай бұрын
yooyyaa, yooyyaa
@YeeTawahidoLij4764
@YeeTawahidoLij4764 Ай бұрын
Ijaf guura keenya OMN
@dawittesfaye4677
@dawittesfaye4677 Ай бұрын
Alaabaan abbaa Gadaa yoo kan Gibxii wajjin wal fakkaate cubbuu hin qabu, alaabaan isaan keenya jedhanii fooxaa isaa uffatanii deemanuu alaabaa biyyoota 20 olii wajjin walfakkaata yookiin tokkodha. Kanas itti himaa
@abdobayan8635
@abdobayan8635 Ай бұрын
Oromoota
@usmaanabdallaa3097
@usmaanabdallaa3097 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AbdiKing-o8i
@AbdiKing-o8i Ай бұрын
Nuufi jiradhuu jabaa namaa
@alaminfinix
@alaminfinix Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@JamalHadii
@JamalHadii Ай бұрын
🎉 34:35 34:39 34:40
@ShekHusen-m3s
@ShekHusen-m3s Ай бұрын
🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤💚❤🙏🙏🙏🙏🙏
@Kaalidshaafi-t7b
@Kaalidshaafi-t7b Ай бұрын
Guyyoo abbaa jilma
@barissohamza6810
@barissohamza6810 Ай бұрын
Rakkon walii keenya jidduu jirti. Akka sabaatii osoon tahin akkaa ilaalcha siyaassaati jechuudha. Akka Oromootti tokkumman keenya tokkuma adda addummaa takkan qabnu. Yaadaan malee
@nassernaseer5464
@nassernaseer5464 Ай бұрын
Medubaa yaa jaranaa partin oromon niqabnaa jetuu tanakaa abao tan akaa kafayo fan uguu hizeman akanaa juu kanaa debisaa akamitii debisuufin dadhabamee jaraa kanaf motumaa adoo hin tanee waraa siyasaa mormituu tahuu qabaa
@ArifYusuf-b7h
@ArifYusuf-b7h Ай бұрын
Bagagessn
@GadisaFufa-ct5yp
@GadisaFufa-ct5yp Ай бұрын
Ofuma iyya malee namni isaa dhaga'uu hin jiruu inni fi gareen isa fakkatan hunduu bara isaani guutu ibsa baasu qofaa
@muadgan1633
@muadgan1633 Ай бұрын
Kuni godaansa hin jedhamu baqa jedhama yaa gaazexeessota Ormoo.
@barissohamza6810
@barissohamza6810 Ай бұрын
Duraraatti OMN Media Oromo fi Oromiyaa ija kan tahe media haqaa fi dhugaa isaa tahe kana galatomfachuu fi dabree ti is Oromoon hundii keenya akka deegarssaa cimaa kan dur caalaatti agarsifnuun iyyaadha. Karaa biraatiin haatahu malee mootummaan Ethiopia hatakaroo keessaa kan seenee ummata Oromoo wajjinii malee tasuma biyyoota ollaa isaa jequfii yaada gadheen inni biyyoota ollaas tahe godinoota ganfaa Afrikaa keessaatti agarsissee tokko akkan jirreen Amana an akka nama tokkotti. Immoo dipilomaasiin isaa kan rakko fidee ummata Oromoo fi kanneen Ethiopia keessaa jiraatan wajjiin yoo jennee irraa wayyaadha. Tasuma hin qabu rakkoo biyyoota Ollaa wajjiin. Waan shirrii irraatti hojjatamuu barbaadeef malee kanneen kana hafarssaan.
@genetselgen5419
@genetselgen5419 Ай бұрын
IRREEHI IRREE KEENYA BIFFA IFFA KEENYA !!!
@AntoinetteFanny-l8s
@AntoinetteFanny-l8s Ай бұрын
Brown Anthony Wilson Richard Martin John
@RuziyaMudi
@RuziyaMudi Ай бұрын
Baay'ee sin jaaladha.
@fekaduteklu9501
@fekaduteklu9501 Ай бұрын
biyyoon midhaan biqilchus GUraacha.
@ANILEEANUMA
@ANILEEANUMA Ай бұрын
Ani muslimaa, namni ireca iraa duuluu yaa kaa
@EmeruEtana
@EmeruEtana Ай бұрын
Jara keenya, maaliif yeroo adda addaa mootummaa Itoophiyaa uummata keenya fixaa jiran jajuu baayyiftu? Loltoonni Itoophiyaa Somaalee keessatti hojii gaarii hojjechuu otoo hin taane Oromoo diigaa jiru. Isin gaazexeessota Itoophiyaa fakkaattu.
@oriaadiga4011
@oriaadiga4011 Ай бұрын
Richie 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🙏
@bahirjimma2715
@bahirjimma2715 Ай бұрын
❤❤❤❤
@AolMpef
@AolMpef Ай бұрын
@UssamaaJamaal
@UssamaaJamaal Ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@barissohamza6810
@barissohamza6810 Ай бұрын
Duraraatti OMN Media Oromo fi Oromiyaa ija kan tahe media haqaa fi dhugaa isaa tahe kana galatomfachuu fi dabree ti is Oromoon hundii keenya akka deegarssaa cimaa kan dur caalaatti agarsifnuun iyyaadha. Karaa biraatiin haatahu malee mootummaan Ethiopia hatakaroo keessaa kan seenee ummata Oromoo wajjinii malee tasuma biyyoota ollaa isaa jequfii yaada gadheen inni biyyoota ollaas tahe godinoota ganfaa Afrikaa keessaatti agarsissee tokko akkan jirreen Amana an akka nama tokkotti. Immoo dipilomaasiin isaa kan rakko fidee ummata Oromoo fi kanneen Ethiopia keessaa jiraatan wajjiin yoo jennee irraa wayyaadha. Tasuma hin qabu rakkoo biyyoota Ollaa wajjiin. Waan shirrii irraatti hojjatamuu barbaadeef malee kanneen kana hafarssaan.
@AhmedMohammedyonis
@AhmedMohammedyonis Ай бұрын
❤❤❤
@UssamaaJamaal
@UssamaaJamaal Ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@fayeralamu6072
@fayeralamu6072 Ай бұрын
❤❤❤
@TajudiinJamal
@TajudiinJamal Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@ShukrishaaGolochaa
@ShukrishaaGolochaa Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@MammeeBaddessa-t3j
@MammeeBaddessa-t3j Ай бұрын
❤❤❤
@MkeyaEsane
@MkeyaEsane Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@AbdullaEtopiya
@AbdullaEtopiya Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@AmensisaDiriba
@AmensisaDiriba Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
OMN Horn Odeessaalee Sadaasa 19, 2024
1:01:44
OMN
Рет қаралды 16 М.
EMS Eletawi መንግስት ወዲያ ህዝብ ወዲህ Wed 20 Nov 2024
EMS (Ethiopian Media Services)
Рет қаралды 1,8 М.
Кто круче, как думаешь?
00:44
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 5 МЛН
The Singing Challenge #joker #Harriet Quinn
00:35
佐助与鸣人
Рет қаралды 40 МЛН
OMN   ODUU  SADAASA  19, 2024
23:02
OMN
Рет қаралды 10 М.
OMN  ODUU IJOO  SADAASA 20, 2024
9:24
OMN
Рет қаралды 4,3 М.
ሰበር ዜና ህዳር //11//2017
Aminat Abdu(አሚናት አብዱ)
Рет қаралды 46
OMN ODUU SADAASA 18, 2024
25:12
OMN
Рет қаралды 22 М.
'Ayyaanni Irreessaa Dirree tokkummaafi obbolummaan itti cimu ta'aa jira' Kantiibaa Adaanech
14:53
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 22 М.
Кто круче, как думаешь?
00:44
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 5 МЛН