Leencoo Gammachuu - Jaatanii Jireenyaa - New Oromo Music 2019 (Official Video)

  Рет қаралды 194,044

Emala Entertainment

Emala Entertainment

Күн бұрын

Пікірлер: 167
@buzebuze5341
@buzebuze5341 5 жыл бұрын
Woowwwww barreeda oromoo sagalen kee nama hawata namini siribi kuni itti tolefi oromoo tatani hunidi keessau lyiki godhu hindaagatina 👉💓💓💓💓💓👈
@sutumashifera
@sutumashifera Жыл бұрын
Sirbikee bay'ee natti tolera,jabadhu galanni kee immoo bilissummaa siif haatahu
@hiliyamohamed2612
@hiliyamohamed2612 5 жыл бұрын
Owww me ijolen akma. Kiyati siriba kana jalta liki nafa godha
@baRiiganamaAn
@baRiiganamaAn 2 жыл бұрын
Jaatanii *3 Jaatani Jireenyaa Jaatanii ... Akka Saawwa kasoo Dhudhula gattootaa Balbaluma keenyaa waa jabbillee qotu ... Imala hindhumne taate deemsi keenya Miidhama lafeekee siin gaafadha beenyaa ...
@itichadebelo9646
@itichadebelo9646 4 жыл бұрын
leencoo Koo namakoo jabaakoo baay'een si jaaladha hojiin kee baay'ee natti tola jabaadhu tiruu Koo!!!
@ketemasheshetu6868
@ketemasheshetu6868 5 жыл бұрын
Ayiiiiiiiiiiiii 😭 gara nama booressa sirbi kee.waa hundaafuu bareedadha jabaadhu 🥰🥰
@sifaanhailebpower7248
@sifaanhailebpower7248 5 жыл бұрын
uuuffffffff hedu namati tola imimaan na fixachise dhugaa nuf buli saabona kenyaa😭😭😭
@jafaremusa2138
@jafaremusa2138 4 жыл бұрын
Uuuuuuu Lencoo Sirabake kisa wati muda Qabu hin jiru garu Malifi Bade ❤❤💚❤
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 3 жыл бұрын
Qaxaalee sagalee naadhii leencookoo oromoo keef jiraadhu bara hedduu❤💚❤🎤🎧
@kiyaorobilisumma3565
@kiyaorobilisumma3565 4 жыл бұрын
Ilmaa oromtichaa nuf jiradhuu
@temam1267
@temam1267 4 жыл бұрын
leenca koo, dhaggeeffachuu qofa mitii, imimmaan koos hin hafne. naaf jiraadhu qaxalee koo. garaa nama balleessa maaloooooooooo
@DandiHu954
@DandiHu954 4 жыл бұрын
Leenco, You are a musical genius who doesn't even know he is a genius yet. So many are clueless too. You have a very unique gift and voice. Please keep writing your own words and melody. Never do it for the public out there. You do you. Galatoomi. Jiraadhu!
@najatyeinatalij27
@najatyeinatalij27 2 жыл бұрын
Ppp⁷
@kiyakoo1365
@kiyakoo1365 5 жыл бұрын
wow akkaam midhagaa music kunii yaa saba koo. mee subscriber walii waliin kenyaa ha gonuu nama replay godheef i sub
@WtBtube
@WtBtube 5 жыл бұрын
Kuno anasif subscribe godhe... atis naaf godhi..
@askopress3347
@askopress3347 5 жыл бұрын
Ana hoo?😉
@eshetuadugna8539
@eshetuadugna8539 4 жыл бұрын
yeroo dheeraaf sirbootan afaan Oromoo fi Amaareffaa hedduu dhageeffadhe jira. jaalala muziqaaf qabus guddaa dha sirbootan hanga ammaatti dhagee iddoo guddaa kenneef keessa tokkoo weelisaa Leencoo fi intala isa waliin sirbituu dha dhugumaan sagaleen keessan fi istaayiliin itti sirbitan ajaa'iba hojii keessan kanaan iddoo guddaa akka dhaqabdan shakkii tokkoo hin qabu jabaadhaa.
@ismaelkadir6554
@ismaelkadir6554 5 жыл бұрын
kutaa Oromiyaan qaabdu huunda akka ijoolle Wallagaa taahe sillaa baakka yaadnu geenye maal goodharee mukaa jiguu birraa mukaa dhibuutu jirraa annaa nyaatu ijoollee WALLAGAA bagaan sirraa dhalladhee uuuuuuuuu✌✌✌✌✌✌✌✌✌✌✌
@mitikulguddaa3282
@mitikulguddaa3282 4 жыл бұрын
Koroona Gandummaat Qabda ati!
@mitikulguddaa3282
@mitikulguddaa3282 4 жыл бұрын
Koroona GandummaatQabdaati!
@gbrothers5766
@gbrothers5766 3 жыл бұрын
Nutis wallagga garuu ofin tuuliin oromoon tokko.
@zamzam.1238
@zamzam.1238 5 жыл бұрын
Wowoowowow baye dasi nama jedha jabdha ❤️❤️❤️❤️ jatanii jirenya
@fayisaatube4052
@fayisaatube4052 5 жыл бұрын
Leencoo Gammachuu....! Qeerrantiikoo! ati akkuma maqaa kee leencadhaam! Koodeekoo! Isa dhugaa na boossifteef! dhaggeeffadheen quufuu dadhabeem! Imala hin dhumne taate deemsi keenyaa Miidhama lafeenkee sin gaafadha beenyaa....! gadameessi baraa waan dhalu hin beekanii Balbla wallaaluu mana ijaarratanii....!!! . . . . Yaa JAATANII JIREENYAA.....! Jiraadhu kormeekoo!
@yaasiinamiin4212
@yaasiinamiin4212 5 жыл бұрын
Jajabdhuu
@surapheltesfaye8367
@surapheltesfaye8367 5 жыл бұрын
Dhagefadhee Quffun dadhabee.... Maal naaf waya? warii jaallatan LIKE Roobsaamee
@abbamoggaa
@abbamoggaa 3 жыл бұрын
Sagalee dhaggeefacha oolanii bulan hin quufamne , galatoomi Leenca keenya. ❤❤❤🦾🦾🦾👍👍👍✌✌✌
@mulugetayilmachew2866
@mulugetayilmachew2866 3 жыл бұрын
Sagalee addaati, jabeessi jabaakoo!!
@sutumashifera
@sutumashifera Жыл бұрын
irbikee bay'ee natti tolera,jabadhu galanni kee immoo bilissummaa siif nuuf haatahu
@sabonituwallaggaabdisa7137
@sabonituwallaggaabdisa7137 5 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuffi obsii hunidaffuu jabadhu itti fufii sagale barreda qabidaa yadda baredan siriibii kee jabadhu lenicako
@halimahomar4335
@halimahomar4335 5 жыл бұрын
W0wwwwwwwwwwwwwwwwww
@misriajamal3627
@misriajamal3627 4 жыл бұрын
Wowowow sagale keti akam das jedha bona ko jabadhu cole kooo
@dagnetolossa9699
@dagnetolossa9699 5 жыл бұрын
Jaatanii Jireenyaa,,,Daraan Nammatti tola, sirba Leenchoo maraa issa baay'een dhaggeffadha gara fuulduratti illeen jabaadhuu!!!!
@elemoabdishakur7878
@elemoabdishakur7878 5 жыл бұрын
It’s one of the best song ...this should be viral share it well done leencoo gammachuu!
@kefalewgetachew4838
@kefalewgetachew4838 4 жыл бұрын
Leencoo Leencaa dhiira!!! baay'ee miidhaga hamtuun sin argiin nuuf jiraadhu!!
@Whuaaa
@Whuaaa 4 жыл бұрын
Such an angelic echoing voice !!! Yenisiha mezmur ymesilal...oh boy..keep it up..ur voice is like no other !!!!!✌✌✌
@diniabdela3893
@diniabdela3893 4 жыл бұрын
❤💚❤👍sabona kenyaa🌹💐
@ዋሎየዋነኝከዉቦች
@ዋሎየዋነኝከዉቦች 2 жыл бұрын
Jabadhaa garu Ani oromo male hadami tana bayi wajlacn jiru waloo wanin tehef garu biya siti nagaha hatatuu 💔 hadami ⏰ oromo 💚
@nesreenkishko5575
@nesreenkishko5575 3 жыл бұрын
uuuufffiii dhageffadhe qufuu dadhabee nuuf jiradhuu sanyii lencaa😢
@furtunawithjesuslovejesus5429
@furtunawithjesuslovejesus5429 5 жыл бұрын
Dhugumaan leencoo sin jedhan akkumaa maqaa keeti hojiin kees heddu bareeda
@abduljebar2385
@abduljebar2385 4 жыл бұрын
Baayee bareedaa leencoo sagaleen Lee👌👌👌👌💪
@orohdtube4370
@orohdtube4370 5 жыл бұрын
Wow akkanaa je'e itti sirba kana ibsuu hin qabu hojii ajaa'iba ti dhugaa jabaadhu obboleessa koo #Leencoo
@rumanamahmud9886
@rumanamahmud9886 4 жыл бұрын
Ufffffffff gara nama boresa 😭😭💘
@shibirudebela8544
@shibirudebela8544 4 жыл бұрын
Bayyee Baredda senna kan qabu fakata sirbisa
@opsieopsie7162
@opsieopsie7162 4 жыл бұрын
Saabonaa koo sagaalee kee bay.ee baredaa jabadhu
@siiyaddeeharmetoo3941
@siiyaddeeharmetoo3941 5 жыл бұрын
Jabadhuu sabbonaa kenyaa 😍 👍👍
@mucaakakuu8744
@mucaakakuu8744 4 жыл бұрын
Anillee yaadeera harmee too 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@mubeoroson8702
@mubeoroson8702 5 жыл бұрын
Ka ajaaibati leencoo gammachuu jabaadhu
@robashow7614
@robashow7614 4 жыл бұрын
Lencoo jabadhuu, Voice +Video =100%
@rahaomar8769
@rahaomar8769 4 жыл бұрын
Jajjabadhuu jajjabeewankoo!!
@mitikulguddaa3282
@mitikulguddaa3282 4 жыл бұрын
Bayyee Gara Nama nyaata Galatooma Lancoo fi Keeron
@fouziamohammad2060
@fouziamohammad2060 4 жыл бұрын
Leenca koo goota koo jabadhuu sanyii koo❤❤💚💚❤❤🐅🌳
@siiyaddeeharmetoo3941
@siiyaddeeharmetoo3941 5 жыл бұрын
Uuuufff bay'ee garaa naa balese 😭😭😭😭😭
@ararsochibsa9533
@ararsochibsa9533 4 жыл бұрын
sirba baayyee bareedaa ergaa guddaa qabudha. sagaleen weelisaa LEENCOO silaa adda.
@lensa3719
@lensa3719 Жыл бұрын
Amazing 😍😍 Good 💯 Job
@sadasada2369
@sadasada2369 4 жыл бұрын
bareeda jabadhu dhugumaan kun jaatani jireenyaati
@monanterfa3374
@monanterfa3374 5 жыл бұрын
Baay'ee naamatii tolaa jabadhuu!
@AmanuelChala
@AmanuelChala 5 жыл бұрын
Ergaa cimtuu dha muziqaanis hedduu namatti tola. Cimi
@aadaaxtube3062
@aadaaxtube3062 5 жыл бұрын
jabaadhuu hadhoo koo
@elootamee7350
@elootamee7350 5 жыл бұрын
Galatomi nuf jiraadhu
@memooromoo7076
@memooromoo7076 3 жыл бұрын
Nuuf jiradhu wan ofi siribike yeroo hunda ergaa bareda qaba🙏
@tigisttufa269
@tigisttufa269 4 жыл бұрын
I can't hold my tears...oh boy
@gammeAd
@gammeAd 5 жыл бұрын
leencoo koo kormaa koo jabaadhu muquxxaayyee
@melesealemu5456
@melesealemu5456 4 жыл бұрын
Sagalee bareedu kanaa qabaate maaf art Oromoo kanaa caalatti hin guddistuu? Bro koo guddaan sii jaaladha. Kanaa caalatti jabaadhu
@gemechuabebe962
@gemechuabebe962 4 жыл бұрын
Hojii gaarii hojjette jabaadhu kanaa ol sirraa eegna jabaadhu jabaa namaa sijaalanna.
@mucaakakuu8744
@mucaakakuu8744 4 жыл бұрын
Atimmo maal hojeetta gara funduratii mal sirraa dhegna qerroo oromo
@gemechuabebe962
@gemechuabebe962 4 жыл бұрын
@@mucaakakuu8744 Anarraas waan jabduu eegi dhufaan jiraa...
@mucaakakuu8744
@mucaakakuu8744 4 жыл бұрын
Tole eessa geessetta waqayyoo siha gargaaruu kaa lubbutoo jabadhu 💏💏💏💏💏💏👍👍👍👍👍👍👈👂👂👂👂👂👈
@gemechuabebe962
@gemechuabebe962 4 жыл бұрын
@@mucaakakuu8744 Iddoon ciisuu ka'eera.
@mucaakakuu8744
@mucaakakuu8744 4 жыл бұрын
Kkkk k kkkk kkkkk surre uffattetaare ganaa bayyetu si hafa kkkk ref iddoo ciisaa tti kaataa sutuma sutan mokkori kkkkkkkk😃😃😃😃😃😃😃
@sanyiitube894
@sanyiitube894 4 жыл бұрын
Abboo oromoo ko akkam namatti toltuu babbareedduu ilmaan abbaa gadaa naaf jiraadhaa
@qubeetutor1085
@qubeetutor1085 5 жыл бұрын
qoricha maalii itti goote gurbaa..........baayye nama hawwata
@mariamatyope2908
@mariamatyope2908 4 жыл бұрын
ቆንጆ ስራ ነዉ በርታ
@sahra4091
@sahra4091 4 жыл бұрын
Oh! this song is touching my soul. I don't know what they are saying.
@WtBtube
@WtBtube 5 жыл бұрын
Leencoo jabadhu!
@beekamamiin1213
@beekamamiin1213 5 жыл бұрын
Mucaa heddu das na jatta pls video heedu dalagai ammas sagalee bareeda qabdda ❤️
@jemilahussen1945
@jemilahussen1945 4 жыл бұрын
Bayenamitola guyagutuu dhagefata lahaa ❤❤❤❤❤❤❤
@meseretyadeta452
@meseretyadeta452 4 жыл бұрын
Like goodha Artistoota keenyaa jajaabeessaa
@tijigalsemenawitkokobmekel2618
@tijigalsemenawitkokobmekel2618 3 жыл бұрын
Wawwwwwoooo amazing lencho
@robaledinsa1601
@robaledinsa1601 5 жыл бұрын
jabaadhu leencoo leenca keenyaa
@square8014
@square8014 5 жыл бұрын
Jatani jatani jatani jireenyaa ........
@samersaad7295
@samersaad7295 5 жыл бұрын
Jatanii jireenya 💟💟💟💞💕👌
@dejenebabsa9284
@dejenebabsa9284 5 жыл бұрын
Wow Wow Best Koo
@gosaalex4211
@gosaalex4211 4 жыл бұрын
waaaaawwww sabona sabaa nuff buli
@IbsaIlmi8464
@IbsaIlmi8464 4 жыл бұрын
🙏🙏😂🙏 jabaadhuu leencoo koo!!!❤️❤️❤️
@qubeegeneration430
@qubeegeneration430 5 жыл бұрын
na hawwateera
@gamachumulata2503
@gamachumulata2503 4 жыл бұрын
Heddu namatti tola haajjajjabeesinu
@shilimadebele2807
@shilimadebele2807 4 жыл бұрын
Ulfaadhu !!!!!!
@harmeeshow7377
@harmeeshow7377 5 жыл бұрын
wow leenco bayyee bareeda
@metiid6750
@metiid6750 5 жыл бұрын
Ufffii lami Koo
@dirreekokortube6485
@dirreekokortube6485 4 жыл бұрын
leencoo leenca dhiiraa!
@saboontitibale8035
@saboontitibale8035 4 жыл бұрын
Gara nama baleesa 😢😢😢 jiiru tun waa heedu uffi keesa qabdii
@HamiticKushitic
@HamiticKushitic 6 ай бұрын
Can someone please tell me the name of the movie this song and music based on? Naagaayaa and Bilisummaa to my noble Oromo people :)
@monanterfa3374
@monanterfa3374 5 жыл бұрын
ajaa'ibbaa Baay'ee Naamatti tolaa
@melesealemu5456
@melesealemu5456 4 жыл бұрын
Bro carry on
@mabrukaamuktar4280
@mabrukaamuktar4280 5 жыл бұрын
Wow baye bareda
@hayatumri1213
@hayatumri1213 4 жыл бұрын
😍💓💓💓💖💖💖💗💗💗💘💘💘💗💗💗💗👈 Jechan Ittin si Ibsu hin qabu bro
@bakalchakombolcha634
@bakalchakombolcha634 Жыл бұрын
Hujii dansaadha😍
@lemitemesgen6055
@lemitemesgen6055 4 жыл бұрын
amazing music leencoo keenya
@hiwiibest6660
@hiwiibest6660 5 жыл бұрын
Waan ofii jabadhu
@square8014
@square8014 5 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuffffffffffff abdin koo irkoo koo
@K2_A
@K2_A 4 жыл бұрын
"Jaatanii jireenyaa" hiika isaa nama naaf himu
@dirreekokortube6485
@dirreekokortube6485 4 жыл бұрын
jaatanii! ihim! ayi yeroo!!!!!
@mahiiir1122
@mahiiir1122 3 жыл бұрын
Gaabanduu laanca teyaa
@datospora5770
@datospora5770 5 жыл бұрын
Bareedaa!
@HamiticKushitic
@HamiticKushitic Жыл бұрын
Galatomi brother :) Naaggaayaa :)
@datospora5770
@datospora5770 Жыл бұрын
@@HamiticKushitic Atis!
@huziioro3758
@huziioro3758 5 жыл бұрын
Jajabadhu qomo kiiya
@hayubosonabaale4475
@hayubosonabaale4475 5 жыл бұрын
Uuuufff wayyoo lammiikoo
@MemeMeme-d1m
@MemeMeme-d1m Жыл бұрын
Jaataanii.jechuun Mali dhifama wajin lenco
@kmkm2609
@kmkm2609 4 жыл бұрын
Osoon seena qabu mafn seena dhaba😥😥
@አብዱረህማንአብዱረህ-ጀ6ሐ
@አብዱረህማንአብዱረህ-ጀ6ሐ 4 жыл бұрын
Lenchoye wndmae enkuanm lezih bekahhhhhh mrt sewu
@mubeoroson8702
@mubeoroson8702 5 жыл бұрын
Akkanatti dalagama kinoo
@opsieopsie7162
@opsieopsie7162 4 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuu yaaa bara keenyaa😭😭😭😭😭😭😭😭
@mubeoroson8702
@mubeoroson8702 5 жыл бұрын
Bayyee namatti tola
@fouziamohammad2060
@fouziamohammad2060 4 жыл бұрын
😭😭😭😭 uuuuuuuuufffffffff yaa rabbi koo
Lencho Gemechu -Namummaa New Ethiopian Oromo Music 2020 (Official Video)
5:28
Vision Entertainment
Рет қаралды 288 М.
Abbaa Bokkuu: Leencoo Gammachuu **New Oromo Music 2018**
6:57
Finfinnee Tube
Рет қаралды 155 М.
When u fight over the armrest
00:41
Adam W
Рет қаралды 33 МЛН
Accompanying my daughter to practice dance is so annoying #funny #cute#comedy
00:17
Funny daughter's daily life
Рет қаралды 19 МЛН
Farmer narrowly escapes tiger attack
00:20
CTV News
Рет қаралды 10 МЛН
Don't underestimate anyone
00:47
奇軒Tricking
Рет қаралды 20 МЛН
Atham Addus- Harari and Oromo Mashup
4:54
Atham Addus
Рет қаралды 55 М.
Soore faana walii galuu hin dandeenyu😭😱
31:18
Abi fi sore
Рет қаралды 34 М.
Jirenya Shiferaw - WAYYOO - New Ethiopian Music Oromo 2024 (Official Video)
5:25
Non Stop Afaan Oromoo Music Hana Mohammad
29:41
Hanicho Oro
Рет қаралды 51 М.
Tezee Habte - YOOMIREE? - (Raastaa) New Ethiopia Oromo Music 2024
5:54
Netsanet Sultan - Halaala (Official Music Video)
4:21
Emala Entertainment
Рет қаралды 711 М.
Ramme Melka |Bada Intaleey| New Oromo Music 2024
25:35
MalkaTube Entertainment
Рет қаралды 59 М.
Leencoo Gammachuu - Muquxxaayee - New Ethiopian Music 2018 (Official Video)
7:22
Hope Music Ethiopia
Рет қаралды 3,2 МЛН
Leencoo Gammachuu - Muquxxaayee (Lyric Video)
6:23
Oromo Music Lyrics
Рет қаралды 35 М.
When u fight over the armrest
00:41
Adam W
Рет қаралды 33 МЛН