PMNO OBBO LAMMAA MAGARSAA 03 01 2011

  Рет қаралды 36,888

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Пікірлер: 142
@samarhsamarh5015
@samarhsamarh5015 5 жыл бұрын
Ufffeee wollahii mee yaada isaa kanaa dhaggeeffaadha beekaa tokkiicha sanyii dhibbaa caaluu jarsaa araara uffffee wontii nama baasuu nagaadhaan falmachuudha malee ya rabbii nama kenya kanaa kessaa beekumsa ka'ii. Ee wollahii sirrii jedhee dalgiisuun boddeensa ajaadha
@adanechmeskela759
@adanechmeskela759 6 жыл бұрын
ብልህ መሪ ፈጣሪ ይጠብቅህ:: በትክክል ከስላም ፍቅር በስተቀር ጸብ ምን ያረጋል::
@arsiiasallaethiopia3323
@arsiiasallaethiopia3323 6 жыл бұрын
obboo lamma dhugaa kessani waaqayyo dhugaan sii haa bulchuu gooftaani jechii kee qofa nama gahaa jajabee kenyaa sanyii ofiii nuuf jiraadhu jalaatama kenyaa😍😍😍😍👍👍👍👍👈
@xaamilmisk8284
@xaamilmisk8284 6 жыл бұрын
from Jigjiga , Dear Lemma thanks a lot you are really a good example of leadership.
@Seenna414
@Seenna414 8 ай бұрын
Nuf jiradhau ❤❤❤ bekkeumsa kan caalu sif ha kennu rabbi leenca sabba ❤❤❤
@adanechmeskela759
@adanechmeskela759 6 жыл бұрын
እግዚአብሔር አምላክ በሰላም አስጀምሮ በሰላም ያስፍፅምልን።. Obbo Lemma እግዚአብሔር ይጠብቅልን።
@mesifereja7898
@mesifereja7898 5 жыл бұрын
Oboo lamaa betam yemwed ena yemakebr fetari kant gar yihun endme ena tena yistek selam fiker lagerachen yihun🙏🙏
@letiricha9239
@letiricha9239 4 жыл бұрын
Thanks 😘😘😊☺️😘 ue
@samarhsamarh5015
@samarhsamarh5015 5 жыл бұрын
Kan naa dhibuu ummanniisa maaf wol bulchuu barbaada uuuffff kan na bulchuu barbaada nafxenyaas ta'ee oromoos ta'eegowwaadha alhamdulillahi anaa fi goota kan akkaa lammatimmo beekumsa rabbiin nuuf kennee kan nama jirachiisu rabbii kan nama ajjeesuus rabbii isattii amana malee ilma nama hin amaaniina
@kezinamashaalllahrabbiisin5579
@kezinamashaalllahrabbiisin5579 4 жыл бұрын
OBBO LAMMA MAGARSSA DHUGAA JETTANI namnii kamiiyuu tokkummadhan dhugaadhan jirachuu rabbiin.ummata kammiyyu hamilkessuu issiin jallanna nuuf jiradhaa rabbiin.issin wallin hajiratuu rabbiin issiin hagargaruu
@madinaetheopia8168
@madinaetheopia8168 4 жыл бұрын
dhugaa kesanii urjii oromoo jabadhaa rabbin isin hojin haa jiratuu💔💔💔💔💔💔💔💔
@caaltuufiraol.5603
@caaltuufiraol.5603 6 жыл бұрын
Waqaayyoo amaalee beekumsaa kana caaluu siif ha dabaaluu gootaa kenyaa Obboo Lammaa.❤❤💪💪
@samarhsamarh5015
@samarhsamarh5015 5 жыл бұрын
Mee dhaggeeffaadha adaara gorsaa akkaan qalbii nama jiftuu lammaan kun akka nama ulaama'iittii yaada sammuun beekumsii innii sammuudha qabuu beekumsa akka nama ilmii rabbii qabuutii ayii tokkon tokko nama ittii fayyadama biyyaa hin raasina gidduuttii ilmon nama gadii baatee dhumattii ramshaan ramshaadhuma bayyiisa
@gedamgojjamawa2289
@gedamgojjamawa2289 6 жыл бұрын
ለማዬ የኛአበሳ👑 የምትለዉ ባይገባኝም ስትናገር ሳይህደስ ይለኛል
@seenaaoromo5542
@seenaaoromo5542 6 жыл бұрын
dr lamaa fi abiy adaraa ummata kenyaa cinaa nuuf dhabadha amma omitii oromo cuqurfame jirata nuut biyya abba biyyuma qabachuu qabanaa lamiwani koo anii lami koo bay ee jaladha isini nuuf jiradha umrii nuuf dheradha 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌷🌷♥♥♥♥♥barii bara kuni milkii nuuf yaa toluuu jabadhaaaaaaaa
@samarhsamarh5015
@samarhsamarh5015 5 жыл бұрын
Yo motummaan illee nama midhees isatuu biddeen ofii midhee namnii namarrattii shiiraa xaaxuu biddeenuma isattii shiraa xaxaa maliif jenaan kan nama midhuu rabbiin namarrattii hin dhiisuu
@nevermind2144
@nevermind2144 6 жыл бұрын
Dr. Lamma. Jiradhuu.. Umrii dheeradhuu.. Ani akka namaa tokkoti waanni ani hubadhe..dhimmichi wahe Alaaba qofa miti.. Dubbiin Abbumma FINFINNEETI..jarrii Nafxaanyaa.. Haandhuuraa oromiyaa dhunfachuuti hawwiin isaani..kana qofa miti..biyya Ethiopia.jedhamtu taan Tedroos(minilik) gochuuf yaale.. Gochudha.. .. Oromumma balleessudha.. Jarrii Ida'amuu Kara birati oofa Jira.. Yeroo takka takka warning. Dhaaf Keeyata 39 itti gad fiduun gaariidha..jarrii nafxanya.kabajaa hin qaban...warri aangoo qabdaan..ummata keenya kara magaala finfinne galchuu irrati dalaga pls..
@shaasheetube9199
@shaasheetube9199 6 жыл бұрын
Dr you're a true hero, we're always loved u
@dirribeemamoodiribeemamoo7427
@dirribeemamoodiribeemamoo7427 6 жыл бұрын
Lammaa ...abyii eebifamoo ijolee waqayyoo 😍💋💋💋❤
@nooradem4158
@nooradem4158 6 жыл бұрын
ኦቦ ለማ መገርሣ በጣም ምርጥ ሠው ናቸው ወያኔን የተጋፈጡ ጀግና እባካችሁ ወጣቶች ጠላትን አናሥደሥት ጠላት እኛን ሊለያይ የነ ዶክተር አብይን ቲም ግራ ለማጋባት ነው አላማቼው እና ወጣቶች ተሥሜት ወተን አገራችንን እንጠብቅ ለማደግ ወደ ፊት እንጓዝ
@lencomuhammad3486
@lencomuhammad3486 4 жыл бұрын
Dhuga keti walh
@wondimugutema8669
@wondimugutema8669 6 жыл бұрын
Oboo Lammaa jiradhu Naamma Neghaa .Rabbi siiwaajiin aataauu.
@radwanabujabel7294
@radwanabujabel7294 5 жыл бұрын
Rabbiin siihaa Eeguu Yaa.Lammaa kkoo 💘💘💘💘💘💘💘❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ruthkiya9118
@ruthkiya9118 6 жыл бұрын
Wow lamakoo nujirdhu rabii umurii dheraa sifh alatuu dhugaa dhubate
@sarasm1242
@sarasm1242 6 жыл бұрын
የኔ አንበሳ ምርጥ እኮ ነክ
@gvbhgghy3286
@gvbhgghy3286 6 жыл бұрын
Dhugaa jetee Yaa Obboo laamma keenya jabadhaa
@magartuualemu5408
@magartuualemu5408 6 жыл бұрын
Yes lamiyee dhugaa jetee nuuf jiradhu bekkaa koo. Ittii nuf himii warraa jamaa kanatii..
@nasemanasema1811
@nasemanasema1811 6 жыл бұрын
Wollaahii bayyee gamadaa oromoo tiyafi .nufi jiraadhaa hamaan isiin hin arigiin lencaa kenaa
@abdullahimohammed9847
@abdullahimohammed9847 6 жыл бұрын
Fayya ta'ii pmno kabajamo dr lamma magarssa!!!
@tesfayetiko7403
@tesfayetiko7403 6 жыл бұрын
Great speech and all true Obbo Lamma
@marsilasmarsilas3260
@marsilasmarsilas3260 6 жыл бұрын
Wow umriiiii dheraaaaa sif ha kenu rabiiin
@adanechmeskela759
@adanechmeskela759 6 жыл бұрын
ውድ ወገኖቼ ሁላችንም ሰላማዊ ትግሉን ለመቀላቀል ወደ አገራቸው የሚገቡትን እንኳን በሰላም መጣችሁ ብለን መቀበል ሲገባን ጥቃቅን በሆኑ ጉዳዮች በመነታረክና በመከራከር የተገኘውን ሰላም አናደናቅፍ። ነፍጥ ይዘው የነበሩት ሳይቀሩ ነፍጣቸውን አውርደው በፍቅር እንደመር ችግራችን በውይይት እንፍታ ብለው ሲገቡ ልዩነት ሳንፈጥር በእልልታ መቀበል ይኖርብናል።
@samarhsamarh5015
@samarhsamarh5015 5 жыл бұрын
Ya oromo ya'iin homa hin fiduu akka lammaan kenyaa sanyiin mootii ittii yaaduttii yaada ilmii nama hunduu wol qixaa hundumtii kenyayyuu haati kenya gaafa nu dessuu da'iima xixiiqqotu kaanee guddaannee nafxenyaas ta'ee zeega kamiyyuu ta'ee kanaa jenaan namnii isiin haa midhuu malee ofii kessaani namarraa garaagaluu hin assaabinaa yo namnii sherrii isiinittii yaadees rabbiin qabaatanii midhaamuun hin jiruu motii kenyaa dhugaan kan hardiif samii rabbiin tokkichaa
@mmmn2374
@mmmn2374 6 жыл бұрын
😢😢😢jabadhuu ummataa kennaa hidhachis me
@iftuuarsii5670
@iftuuarsii5670 6 жыл бұрын
Dhugaa keessan wallii gallan Allah galliin jedhe oromoon duranu fayya Rabbiin isiin haa kenu
@bakelachegmail6119
@bakelachegmail6119 6 жыл бұрын
Lammaa magarsa aganumatii waqqayyoo yadaa keep fixanin sii has bassuu
@senkisenki2198
@senkisenki2198 6 жыл бұрын
እውነቱን ነው ኦቦ ለማ እባካችሁን ወጣቶች እረጋ በሉ ጠላትን አታስደስቱ እስት እንቻቻል ስለ ፈጣሪ ብለን ዛሬ ሺ ዘመን የኖረውን የኢትዮጵያን ባድራ አውርዳችሁ አይደለም የክልልን መስቃል ቀርቶ ምን አይነት መሰዋትነት ስያስከፍላችሁ እንደ ነበረ ሁላችንም እናውቀዋልን የፈለጋችሁትን ባንድራ እንድትዙ ዛሬ ነፃነት አግኝታችኋል ግን ኦሮምያ ክልል ያሉት አብያተክርስትያን ብትሄዱ አሸብርቆ የምንመለከተው አርንጓዴ ብጫ ቀይ አርማ ነው በኦርቶዶክስ እምነት ብቻም አይደለም በሌላ እምነት ያሉትም ይህ ባንድራ ብዙ ሚስጥር አለው እባካችሁን ተረጋጉ
@nati7485
@nati7485 6 жыл бұрын
የኛ ጃግና.እንወዳሀለን
@metiksharif1773
@metiksharif1773 6 жыл бұрын
dhugadhaa jiradhuu gootaa koo hayyuu sanyii leencaa
@destamamo4895
@destamamo4895 6 жыл бұрын
Laamii koo gaalaatomii Waaqayoo. Faaya yiifii yaalaatuu jiiradhuu
@saddah2213
@saddah2213 6 жыл бұрын
Lamma koo Lenca koo dhugaa keti dinna ija dhiga rabbini fundura kee afoo rabbini haa darbuu ☝☝
@ahmadkadir77
@ahmadkadir77 4 жыл бұрын
Oduu afan oromomoo guyyaa haraa 3/12/2019
@shumitumidhaksa4209
@shumitumidhaksa4209 6 жыл бұрын
Eebbifamaa Dhugaadha
@finfinenkanoromodh6750
@finfinenkanoromodh6750 6 жыл бұрын
Dhugaadha gotaa oromoo jiradhuu ❤💚❤
@beshirtv775
@beshirtv775 6 жыл бұрын
jiraadhu dr Lammaa keenyaa leencca kiyya
@HananHanan-jt9kf
@HananHanan-jt9kf 5 жыл бұрын
Laamiiiiyeeee luuuubuuuuu anadhufu lecako
@kennaaraggaasaa9587
@kennaaraggaasaa9587 6 жыл бұрын
anii homaa hin jedhuu garuu waqnii oromo umataa keenyaa cinaa nuu haa dhabatuu garuu kashalaphotaa fii waraa samuu domee umataa keenyaa irraa akka dhabatan isin gafanaa
@oromumakotiinniibonnayomil1352
@oromumakotiinniibonnayomil1352 6 жыл бұрын
Nuf jiradhuu Lamma kenyaa
@etiopiahagareefiiqiiriishj8123
@etiopiahagareefiiqiiriishj8123 6 жыл бұрын
Laamaa Gota Gototaa Nuf Jiradhaa Oso Isiin Hin Jiranee Nutii Garbuma Kesa Hin Banu Turee Nuf Jabadhaa Waqayo Isin Waliin Hata'uu
@fatumakonjo3206
@fatumakonjo3206 6 жыл бұрын
Yadike nagamac nujiradhu bekusaha ratihi bekusaha sifihi hakenu lamiko qomoko😘😘😘😘❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👄👄👄💚💚
@mazesali8847
@mazesali8847 6 жыл бұрын
nuuf jiraadhu leenca oromoo.
@fatomamohamed3980
@fatomamohamed3980 6 жыл бұрын
Ugummaa Oromo hujjetaa jabbadhu leca oromo
@mariammohmad8397
@mariammohmad8397 4 жыл бұрын
Lecca dhugaa 💪💪💪💪💪
@kerayub2681
@kerayub2681 4 жыл бұрын
We Love Lemma ♥️
@rttuyy9890
@rttuyy9890 4 жыл бұрын
Guda nati tolta
@ibrahimdawed5546
@ibrahimdawed5546 6 жыл бұрын
Viva Lammaa magarsa
@peaceandlove8535
@peaceandlove8535 6 жыл бұрын
Well said oboo Lema, tanks
@masiimasii9628
@masiimasii9628 6 жыл бұрын
Dhugaadhaa
@Abinastube
@Abinastube 6 жыл бұрын
what a brilliant leader
@binttiisilamarsiiihadabba8316
@binttiisilamarsiiihadabba8316 6 жыл бұрын
Dhugaa keessan yaddaa garidhaa sanyii koo hayyuu sabbaafi dhaltee 👍
@giditujamal5709
@giditujamal5709 6 жыл бұрын
God bless you 😘😘😙😙😙😘😘😘
@bashduy6419
@bashduy6419 6 жыл бұрын
Lammaa qommoo koo jiraadhu
@yirgalemmasfin7914
@yirgalemmasfin7914 6 жыл бұрын
Jiradhu umuri dheraa siif yaa kennu
@Seenna414
@Seenna414 8 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@faisalal-attar9751
@faisalal-attar9751 6 жыл бұрын
Jabadhugootakeenna.♡
@edosawadajo8807
@edosawadajo8807 6 жыл бұрын
Jiraadhu Obbo Lammaa Magarsaa.
@kennaaraggaasaa9587
@kennaaraggaasaa9587 6 жыл бұрын
yanii kee gariidha garuu oduu isin balbalaa banuu batanii kun hunduu hin jiruu turee umataa keenyaa adaraa yaa obbo lammaa
@mohamedalshehhi4855
@mohamedalshehhi4855 4 жыл бұрын
Oboo lammani dhugaadhani hayyuu dhaa mashàalaa masala dubi lamaa maalee dubi biraa nama hini gaaluu garii namaa biyyafi yadee fakkatee biyyatii yaadaa?
@gelgeludube4811
@gelgeludube4811 6 жыл бұрын
Galatoomi obboo Lammaa Magarsaa lencaa haati dessee
@edosahabtamu9888
@edosahabtamu9888 6 жыл бұрын
Lamma Koo Ati Leencaam ........
@agilecoachomar
@agilecoachomar 6 жыл бұрын
dhugaa keettii lama
@diribewake2811
@diribewake2811 6 жыл бұрын
Dhugaaa Keti Jiradhu Alabani Fanifamefi Miti Ummaatni Oromo Mirgii Isaa Kan Egamu Mali Hubachu Dadhabani Garu Ummtni Kenyaaa Me Wali Gorsa Alabani Abba Fedhe Oromiyaa Kesaatis Yaa argamu Rakko Mali Qaba Nuti Kan Barbadnu Nageenya , Ajechani Ilmani Oromo Yaa Dhabatudha Gafiin umata Oromo. Namni hundu tokko enyumtu enyu gadii miti malif sanyiin walqequ me wa'ee sanyii yaa dhisnu kana boda
@ethiopianlezelalemtinur4128
@ethiopianlezelalemtinur4128 6 жыл бұрын
Rabbi siha dhegu hayuko
@borenaadugna6724
@borenaadugna6724 6 жыл бұрын
DHUGAA ILMA ABBA GADA KANA YAADA FI SAMMUUDHAAN UBADHAA .........SII QABAACHUU KEENYAA NU BONSAA ABBA UTUBAA HUMAATA KENYA....!!!!!!!!!
@christinebadede7608
@christinebadede7608 6 жыл бұрын
Yase Dr lamma magrsa tali tham milelk safari down
@mohamadyahya9691
@mohamadyahya9691 5 жыл бұрын
Christine Badede Duggan
@lermaalva3664
@lermaalva3664 6 жыл бұрын
Dr lemmi nuf jiradha
@egngenyetasekalewnkerstosi9550
@egngenyetasekalewnkerstosi9550 6 жыл бұрын
lamaye nurilen enwedakalen ewunatu ehe nw yaschegeren eko ye dimocirasi tirgum yalaweke sw nw .
@oromumakotiinniibonnayomil1352
@oromumakotiinniibonnayomil1352 6 жыл бұрын
yaada bayy'ee nama hawatu dhugaa
@momshassen6669
@momshassen6669 6 жыл бұрын
Eega Alaabaa Qabatanii Ba'uun Mirgga Ta'eee Polisii Ramaduufii Qabdu Oromoofis kanaan achi dubbachuu qoftti bu'aa hin qabu
@samarhsamarh5015
@samarhsamarh5015 5 жыл бұрын
Sirrrii yaa jamaa yaada lammaa magaarsa jedhee kanaa mee tokkon tokkoon kessaan fudhaa oromos ta'ee nafxenyaas ta'ee lammii kamiiyyuu yaada lammaan kenya jedhhee kanattii fayyadama wontii nageenya fiduu tokkoo ta'uu qofaa nafxenyaas ta'ee tokko ta'aanii wol kabaaju qofa
@nonnon485
@nonnon485 6 жыл бұрын
Dhugaaketi obbo lamma
@destamamo4895
@destamamo4895 6 жыл бұрын
Dhuugaa jiitaa jiirradhuu
@miftahiabagojam5433
@miftahiabagojam5433 6 жыл бұрын
sirrii keeti ilma dhugaa!
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Dhiifamaafi jaalalti garaafi Onneen always alhamdulillaah jaalalti lafee dugdaa Abiyyi Ahmad hidhiin funyaanis dubbiif waraana Eegumsaafi Beekumsi waraanaaf kurreejilbaatii Biraanuu juulaa waliindubbadhu biyyeettis deemtuus teettus anaafis LAFTIS riqicha bulchinsi qophiidha24hous to yaada mo'ataan harkis haqamootii subahannallah sawsawDr Abiyy Ahmad dubbisiigzx OMNA'ILMAANIIF tokkummaa arjaadhaa
@qeerroomooyyaallee8175
@qeerroomooyyaallee8175 6 жыл бұрын
Waqnii umrii kee hadheresuu
@saddah2213
@saddah2213 6 жыл бұрын
Muka haa nyatani issani woreen alaba kenna qeqani muka haa nyatani
@hawiieticha3312
@hawiieticha3312 4 жыл бұрын
🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒💪💪💪💪💪💪
@مسره-ح2ص
@مسره-ح2ص 6 жыл бұрын
galatooma DR keenya
@derejechala8854
@derejechala8854 6 жыл бұрын
DINQII DHA AKKAM MIDHAAWA, AKKAM NAMAATTI TOLA SIIN BOONNEERRA
@pharmdawitfulea7109
@pharmdawitfulea7109 6 жыл бұрын
# lammi ofii wagga kuma mo'i sanyii ilma abbaa gadaa jarri kun wan isheen rawaachu feetu kun baay'ee nama arsa kanaaf qeerro bifa tasgabaha ta'een nu marisiftani akka itti deemtan abdi isin irra qabna ........
@obsittuoro3472
@obsittuoro3472 6 жыл бұрын
Bayye tokko isin jalana garuu jarattin dhiga ilmani oromoo dhugdee baratte nuu dhisaa hin jirttu egumsii umatta kenyafii godhamuu qaba
@najatismail7553
@najatismail7553 6 жыл бұрын
Gottakoo nuuf jiradhu
@almazwedajo1905
@almazwedajo1905 6 жыл бұрын
ክቡር። ዶክተር። ለማ። መገርሳ። ኦረሮሜኛ። ባልሰማም። አንተና። አብይ። ስትናገሩት። አማረኛ። ይመስለኛል። ዝም ብየ። አዳምጣችዋለሁ። በጠም። እወዳችዋለሁ
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Har'asDhaddachaijibbaataaf Garaan Caaltuu Oromoprotect Prime minister's office tosee government Medical center dugdiis Utubaadha to yaada mo'ataan harkis haqamootii subahannallah sawsawDr ijaaqalbiin keessaa goal Mallaszenaw waliin deemiin team Dr LammaaMagarsaafi yaadii argii yaada galgalaa siyaasni lubbuu Norway and hayyootaaf dubbii NafaaQeeyis argii beekii eegii.shira Tpl Dr ijaafuudhi Gadaamessan Adanechi bulchinsi
@shkreaa6574
@shkreaa6574 6 жыл бұрын
👍👍👍👍
@sabbontuarsiianoleesabbont2855
@sabbontuarsiianoleesabbont2855 6 жыл бұрын
Jaraa sammun domee dullome wallin ida'amna idaa'amun hin jiruu malluma ofi dhoksaa
@ortodoksiiamantaaisheeqaje4151
@ortodoksiiamantaaisheeqaje4151 6 жыл бұрын
Mee eenyutu eenyummaa keessan dhoksaa nuun jedhe
@hailuetisa6018
@hailuetisa6018 6 жыл бұрын
lammaa koo maaluman siif godha ati jechun nama waan hunda hubateedha ati nuuf haayyuu yoomile deebinee hin argannedha nuuf jiraadhu yoomilee
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Assisi Areggaa teettus deemtus barnoota Addunyaafis Gale guyyaan guuza Yaadannoo dhiira ijaa future generations of sciences Acaluu gabaa gaafa xiiqii ardaa marii onneen lubbuubiragayii ArtUmarUsleeyiman gaachanaharartv Biyyaafi biyyeettiswaraana kurreejilbaatii firdoowsii of sciences Acaluu gabaa gaafa xiiqii ardaa mariidhaOgeeyyiin fayyaa fedhiin yaannis hidhaa qabuu HoggantootaABOcufaaitti to
@mohamedabdukerim9832
@mohamedabdukerim9832 6 жыл бұрын
Kan oromoof ta'u oromoo murtessa male habashamiti lafa oromiyaa irratti enyun hin murtessu Oromo male
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Gurriis waraana keessaa medical center of school yuniversity Anaadhufu guyyaafi halkaniis radio station Nutiiksii mariin taa'ee.waraana hojiidha bira arganii eeganii artist umar Usleeyimàn Yilikal kaffaalow issues with barachuun rakkoodha jechama Mallaszenaw waliin Yaadii bultiif har'asseeraafi Heeraanis Arrabnis keessaa goal pharmaceuticals UstazAmiinIbroo daguun dhorkii To Rabbiin of sciences and marii ilmaaniif bulchiinsalafaatiin fagaateedeemsa Eegumsaafi Beekumsi
@brnaaak8615
@brnaaak8615 6 жыл бұрын
Kabjamoo obbo lamma afaan oromotin wan biraa dubbatu yeroo afaan amarati wan biira kun maalif ta'aa dhbbata tokko otoo qabattani wayya nus akka qaceloti isiin hubannu
@meramera9567
@meramera9567 6 жыл бұрын
Obbo lamma wanti yeroo kana argajiruu abiy ambasa . Lamma ambasa jecha oromoo araba hintanen arabsa jiru kana akamitin calistu nujibani issin jalatani nuti kana hinfudhanu . Issin sena hojetanin jalatamtanilen sabbakessa hindagattina qerroo tu lammafi abiy fi kankana fakatan fide malle issin qerro fine issin assin gahuf lubbu nama kumatama oll itti dhabne issa kana dagachu hinqabdan qerron wanti balesse yoo jirate hallu alaba kara guba dibun balesani jiru akamitin lafa dibani borumo akamiti irra deman jechufii? kara alabaa oromoo dibun nama barrane issin fakessa balisa yadaa.
@nabiyaatalbolo2971
@nabiyaatalbolo2971 6 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuf yaa hayuko jichi kee nama bochisa
Haasaa Pr Lammaa Magarsaa  Yaa'ii 9ffaa DhDUO irratti taasisan 09 01 2011
23:51
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 118 М.
小天使和小丑太会演了!#小丑#天使#家庭#搞笑
00:25
家庭搞笑日记
Рет қаралды 48 МЛН
Миллионер | 1 - серия
34:31
Million Show
Рет қаралды 2,4 МЛН
SHAPALAQ 6 серия / 3 часть #aminkavitaminka #aminak #aminokka #расулшоу
00:59
Аминка Витаминка
Рет қаралды 2,7 МЛН
pumpkins #shorts
00:39
Mr DegrEE
Рет қаралды 82 МЛН
Pr MNO Obbo Lammaa Magarsaa Ijaarsa seeraa alaa OBN Gurr 19, 2011
9:30
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 14 М.
Oduu Galgala Sa'aatii 1:00 OBN Fulbaana 27, 2017
45:27
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 5 М.
Pr. Lammaa Magarsaa hawaasa waliin marii taasisan OBN 27 02 2011
31:14
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 10 М.
Goota Oromoo Obbo Lammaa Magarsaa
8:04
Qaanqee Show
Рет қаралды 28 М.
Oduu Galgala Sa'aatii 1:00 OBN Fulbaana 28, 2017
44:01
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 2,7 М.
Haasaa PMNO Obbo Lammaa Magarsaa Galma Barkumeetti taasisan OBN Bit 28, 2011
21:24
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 116 М.
小天使和小丑太会演了!#小丑#天使#家庭#搞笑
00:25
家庭搞笑日记
Рет қаралды 48 МЛН