Prank jafe Tube Na Godhe irraa kafaladhe

  Рет қаралды 264,009

Hanicho Oro

Hanicho Oro

Күн бұрын

Пікірлер: 609
@mubarakmohammed-nz8sw
@mubarakmohammed-nz8sw Жыл бұрын
Jafe namnis kana ol aara wly bly miciyoon waan sirii goote have big respect wly hanicho
@muhabbaali8001
@muhabbaali8001 Жыл бұрын
Yeroo prank nama godha jette lubbu nama dhiibattuu ofi agartu 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 yataabbatu kophe tiyya naa kenni
@sifaantube
@sifaantube Жыл бұрын
Ijolee shamaraanii warri hojii harkaa Barachuu fetan matii naf ta'aa pls ❤🎉
@sameerakwt5334
@sameerakwt5334 5 ай бұрын
Ani nin fedha
@AmiraSiraj-t6e
@AmiraSiraj-t6e 3 ай бұрын
Aniisi nii fedhaa
@monelove716
@monelove716 Жыл бұрын
Jafee kenyaa miraa nama asuma hubadhu dilaa kana mara namni sitii fufataa ture waw amazing ❤❤❤
@EYMANMZCHANEL
@EYMANMZCHANEL Жыл бұрын
Jafe tube prank nama godhu malee Prank Tahu fadhu kan dhugaa jettu like godhi ❤❤❤❤❤
@YASINTUBE230
@YASINTUBE230 Жыл бұрын
Pranki ajaiba kkkkkk ira kafalate jafe tube
@ossetyub
@ossetyub Жыл бұрын
wow hanicho teenya haaluma kanaan itti fufi😍😍😍😍
@adnanahmed2730
@adnanahmed2730 Жыл бұрын
Sirii gotee dhugaaa hanichoo qashtiii bagaa kafalatee😊
@azizaayub1856
@azizaayub1856 Жыл бұрын
Ufii nama prank godhaa Aarun sirri mitii
@supperalina6634
@supperalina6634 Жыл бұрын
Dhuga gin tuni prank hin ja.amtu
@hfhugfrghgc7442
@hfhugfrghgc7442 Жыл бұрын
Jafee attii waa meqaa namaa godhaa turatee kkkk
@moneyid
@moneyid Жыл бұрын
jarjartee prank jatteen garuu hin sodaatin...😅
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
matii naf tahii wal birraa haa dhabanuu wal haa jajjabeysinuu
@muradabdi6228
@muradabdi6228 Жыл бұрын
Wan hiyadamne namarati hojaachun pirankidha garuu maliifi 😊
@Khaxari
@Khaxari Жыл бұрын
Welcome hanicho teenya jabduu sabaa
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 🎉
@iloveallah6134
@iloveallah6134 Жыл бұрын
Hhhhh kun biranki miti guys
@oromia583
@oromia583 Жыл бұрын
Maatii naaf tahii bro yoo dandeesse
@halimalima9873
@halimalima9873 Жыл бұрын
Hrikaa
@halimalima9873
@halimalima9873 Жыл бұрын
😢😢😢
@WelebaGeda-lq7ww
@WelebaGeda-lq7ww Жыл бұрын
Hanicho tenya jabduu jabaadhu prank gosa hin qabu bifa hin qabu prank bifa hundaanu prankuma gamanumanin dhaamsa jafariif dabarsuu barbaada ati uffatuma siyaachisee qalbii nama heduu sani akka goote ni dagate yaadi kan nama hundaa akkuma keeti kana
@mayaabdulfetah
@mayaabdulfetah Жыл бұрын
😂😂 BAGA IRRA KAFALATE WLY NAMA HEDDU AKKANAN GODHE
@muhabbaali8001
@muhabbaali8001 Жыл бұрын
Boo dhifama godhi dhama'a kanana🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@mohamedhasen3504
@mohamedhasen3504 Жыл бұрын
Prank miti,garuu siif tahuu danda'a.
@Fuaad-xc9sh
@Fuaad-xc9sh Жыл бұрын
Jafe maalifi Aarta😮
@FeruzaUmar-s8o
@FeruzaUmar-s8o 5 ай бұрын
Hanichoo koo isin warra Harargee baayyeen jaaladha ani Jimmaa i❤❤❤❤❤❤❤
@shamiaa6257
@shamiaa6257 Жыл бұрын
Dhugaa dubbachuuf waan ati gooteef akka ati itti gotee Sawriidha inumatu pirank hin fakkatuu jafeen dhugaa qaba waan nama dalanuus gootee tuffii fakkata malee prank hin fakkatuu
@habibamudiin3459
@habibamudiin3459 Жыл бұрын
Jafaar yeroo Atii pirak Namaraatii hojetuu Akkaas hin setuu Maa Aritaa ree pirak dhaa hoo😅😅😅😅😅😂😂😂😂
@senajafer4499
@senajafer4499 Жыл бұрын
Alla prank numa beeta ish dhamaatuu daa buqa horii prank waan akkanaatii😢
@oromtiichaaarsiishashee4673
@oromtiichaaarsiishashee4673 Жыл бұрын
Masha Allaa Bagaa irra Kafalatee Nama Park dalaguu. Ta.ee.Haganaa Aaruu Qabuu
@xaahirjamaal2681
@xaahirjamaal2681 Жыл бұрын
Jazaa Akanati Deebiti kinoo 😁😁
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💚💚💚💚
@habibamudiin3459
@habibamudiin3459 Жыл бұрын
Qubaa dhaa dhugaa😁😁😁😁 hin baresaa maallee hin dubsuu
@bahar4786
@bahar4786 Жыл бұрын
Baga Rabbiin Gara amantti dhugaa Sifide ❤❤❤❤❤❤❤❤
@furnemiresa1
@furnemiresa1 Жыл бұрын
Kotuu matii naf ta.i sanyii
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💚💚❣️💕💝
@AlaamudinMussa
@AlaamudinMussa Жыл бұрын
Hanichoo teenya baga irraa daleeyde hedduu si jaalanna jabaadhu
@francisnyakweba5474
@francisnyakweba5474 Жыл бұрын
Piranki nama godani yo sille godhani hin arina oboolleyan masha allah jabda
@rabiask4824
@rabiask4824 Жыл бұрын
bagaa irraa kafaltee inuu pirakii namaa godhaa hin araa amoo 😁😁😁🤙🤙🤙🥰🥰🥰🥰
@IO-di5gi
@IO-di5gi Жыл бұрын
Jafe ta si caaltu amma dhufte ati yeroo nama gootu akkasuma nama aarsa😂
@oromummaa4833
@oromummaa4833 Жыл бұрын
Haannaa koo kun prank miti kaa jafen dhugaa qaba
@abdoweysi1712
@abdoweysi1712 9 ай бұрын
Yo prank tahe mudawri isa oso sharabni iti hin naqamin kan bira ISAF qopayu qaba ture Aka male gote ka durba kesati😂😂
@RamaRama-mf5lv
@RamaRama-mf5lv Жыл бұрын
gowaa pirkii aknaa esaa jiraa😮
@dechasahmed2631
@dechasahmed2631 Жыл бұрын
welcome hanichoo jabaadhu
@hanihani586
@hanihani586 Жыл бұрын
Walh nati toltee jiraltaa mashalallh
@CawaleBoss
@CawaleBoss Жыл бұрын
Welcome Bashati❤❤😂
@aantuukamal4181
@aantuukamal4181 Жыл бұрын
Nuum bareda hanucho rabbiin amanti muslima taan siif haa hirru
@hjhhj3151
@hjhhj3151 Жыл бұрын
Fuularraatti naquu qabda turte silaa dhugaa🤣
@NureUsman-zy2ys
@NureUsman-zy2ys 4 ай бұрын
yes
@NureUsman-zy2ys
@NureUsman-zy2ys 4 ай бұрын
nure
@GannaleeBasixe
@GannaleeBasixe 11 ай бұрын
Eee miskiin Jaffe Kenya 😂😂😂
@mussaatofik3084
@mussaatofik3084 Жыл бұрын
Jarjartee prank jateen garuu Jafen Gowadhasaa Ififuu Akkamalee Namati katabatuu ofif Immo Araasa
@sirnanabdi4564
@sirnanabdi4564 Жыл бұрын
Baga irra kafalate garu namni ififu prank hojatu akkati hin aru 😅😅😅dhala san qafatesa
@yaassinmohammed9265
@yaassinmohammed9265 Жыл бұрын
Yetaabaatu Jaaffe akka prank nama gooteti haftaa silaa .....
@meseoroyoutube287
@meseoroyoutube287 Жыл бұрын
😂ishoo bagaa haloo kee batee
@IbsaaMohamed
@IbsaaMohamed Жыл бұрын
Wow baay'ee namati tola
@misraabdo5489
@misraabdo5489 Жыл бұрын
Mashalahaa 💜 mashalahaa 💜 mashalahaa 💜 mashalahaa 💜 badaa. Kafalatee. Habibitii
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 🎉
@Firomsaa-h7m
@Firomsaa-h7m 5 күн бұрын
how was work today was you have 😂had to just have a look
@sorettihussen3318
@sorettihussen3318 Жыл бұрын
Baga irraa kafalatte inni prank nama irratti dalaguu malee ofiif hoo😂😂😂😂
@AmiraSiraj-t6e
@AmiraSiraj-t6e 3 ай бұрын
Anichoo lubuu tiyaa naaf jiradhuu wagaa kumaa
@mosisoromo5154
@mosisoromo5154 Жыл бұрын
Hanicho dhugaa akka maleedha waan biraatin irraa hin kafalattuu
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
Mosis oromo matii naf tahii wal birraa haa dhabanuu wal haa jajjabeysinuu
@Yared-jy6nb
@Yared-jy6nb Жыл бұрын
Jabadhu waan ofii👊👊👊👊❤❤❤
@سعاده-ظ5ز
@سعاده-ظ5ز 7 ай бұрын
Wallahii hagasumaa namatii tola
@ibraahim0925
@ibraahim0925 Жыл бұрын
Please part tow 😂😂😂koflan dunaa daran 😂😂😂🤣🤣🤣
@asiaasiatub8268
@asiaasiatub8268 Жыл бұрын
Kun piraank maalit
@Silvergirl2024
@Silvergirl2024 Жыл бұрын
😂
@ibraahim0925
@ibraahim0925 Жыл бұрын
@@Silvergirl2024 😂😂😂
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
Ibraahim matii naf tahii wal birraa haa dhabanuu wal haa jajjabeysinuu
@ibraahim0925
@ibraahim0925 Жыл бұрын
@@nabiileshow hayye jalqabii
@zafeebuxuree3384
@zafeebuxuree3384 Жыл бұрын
Kuun pranks hiin jedhaamu 😅
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💝
@gadisabird8748
@gadisabird8748 Жыл бұрын
Abbo gizee nama gotuu namni hin around mali akki kun🤣
@astechtube
@astechtube Жыл бұрын
Kef Kef Hanicho Qashtti badde badde wal dagane mii ASU jedhama Good Job 100%
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 🎉
@samiiraabdunasir-tr4xz
@samiiraabdunasir-tr4xz Жыл бұрын
Mashallaah mashallaah heduu namattii tolta baredu silaa amattii musliima qabate kana caalaa bareda rabbii kara sirrittii saha debiisu
@HassanMusa-w6f
@HassanMusa-w6f 11 ай бұрын
Jaffee gowwaaadh
@DarartuMohamed
@DarartuMohamed 10 ай бұрын
Hanicho ati muslimami saa❤❤❤
@sofiadefu3063
@sofiadefu3063 Жыл бұрын
Uufiiii Yarabii.yalahaaa misikinaa jafee 😢😢😢
@nabilabdi5305
@nabilabdi5305 Жыл бұрын
Asumaanuu baga rabbiin gara islaamummatti rabbiin si fidee ❤
@ShaSha-kn1co
@ShaSha-kn1co Жыл бұрын
Dhugaa debitee jirtii😢😢😢
@Sinaafbaale525
@Sinaafbaale525 Жыл бұрын
haanichoo Rabbiin Amantii irati dhalate irti si ha deebisu Haali uffanaa keetis itti fufuu qaba❤❤❤❤ jabaadhu
@dhhdu3449
@dhhdu3449 Жыл бұрын
Maa.muslimaa.mitii ?taa.muziqaa baftuu santiu isidhaa
@TarikuPetros-o3p
@TarikuPetros-o3p 5 ай бұрын
Amantii as keessaa maltu galchaa namtiti
@remedanaliyi7909
@remedanaliyi7909 Жыл бұрын
Galatoomaa !! Isin lameenuufuu niin godha subscribe!! Hojii bareedaa nuuf hojjedhaa! Maaliif afaan amaaraa qofaan wanti nama buhoorsu ilaalama!! Yaada biraas nuu fidaa!!hanicho baga kaffalatte!! Thanks so much to have all of you!! Jafe garuu xiqqo sitti mufadhee jira qohii balleessite !! Don't be emotional!! Dhumarratti natti hin tolle haala saniin xumuramuun! Prank erga jedhame qophii itti fufuu qabda! Yeroo ati ishee prank gootu hagooggii afaan irraa yeroo fudhatte haalli isheen response itti siif gootee kabajaan kan guutamee fi obsa argisiisa!!
@Hanicho_Oro
@Hanicho_Oro Жыл бұрын
Galatoomi namni akka keti kun nuf habay'atu
@sadammhade6427
@sadammhade6427 Жыл бұрын
Jabaadhu hanicho ❤🧡💛💚💙💜❤🧡💛💚💙💜❤🧡💛💚
@rahammuhamad5347
@rahammuhamad5347 Жыл бұрын
Wayi jafari😮😅😅😅ima ira fixee walh😅😅😅
@oro3482
@oro3482 Жыл бұрын
Welcome qashati ❤😂
@Gazi896
@Gazi896 Жыл бұрын
Hannichoo maalif onneen si dhowattiree sodaa keessa haasofne si harkaa babbadee Namni sodaatu prank hin dalaguu bar😂😂
@djmash3671
@djmash3671 Жыл бұрын
Where can I find you hanicho
@muhammadturee-ek9io
@muhammadturee-ek9io Жыл бұрын
kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk baay'ee nama toola
@seenaaselalee3548
@seenaaselalee3548 Жыл бұрын
Mashalllha habibitii ❤
@furnemiresa1
@furnemiresa1 Жыл бұрын
Kotuu matii naf ta.i lubee
@abdimahammed-zv4nd
@abdimahammed-zv4nd Жыл бұрын
Kuni prank hin ta'u okay hanichoo
@Hanicho_Oro
@Hanicho_Oro Жыл бұрын
Jazba
@abdimahammed-zv4nd
@abdimahammed-zv4nd Жыл бұрын
Kuni jazbuma hin mulisu osoo nama akka ati na arbsuf jarjarte Kanati Kan jarjaru tahe Wan lafaa jiru San fudhe sin dhahe Mal gotaa mee
@famiahmed2249
@famiahmed2249 Жыл бұрын
Jaffe malif akka nama gotu osoo bektu Kanaf arraan arratti sif boda pirankin jafe
@Ydyefge-hj8pu
@Ydyefge-hj8pu Жыл бұрын
PRAkii adaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@tufahmohammed9576
@tufahmohammed9576 Жыл бұрын
Dhalaa 6 kessa dhiira 1 hin qanfatu inni 😂😂
@Rahmat-Group
@Rahmat-Group Жыл бұрын
Hay jaffee hin aruu turee garuu arraa halan aree namnii piranki dalaguu hundinuu aruu hin qabu turee jaffee nutii si fenaa akkanaa hin tahin jaff
@bayaanmohammed5656
@bayaanmohammed5656 Жыл бұрын
Jafar hedduu aarte😂😂
@taybasantos4872
@taybasantos4872 Жыл бұрын
Gawaaa shen walahii amakun prank tahee
@sudeis8687
@sudeis8687 Жыл бұрын
Hhhhhhhhhh hin godhu qophii tanaas😅😅😅
@hanihani586
@hanihani586 Жыл бұрын
Me ba, allh ka biralee jafe irratii dalgii
@duniyatubeAcd
@duniyatubeAcd Жыл бұрын
Wow 😂❤jabaadhu
@nabilbayan5658
@nabilbayan5658 Жыл бұрын
Baga itti cabsite❤❤❤😂😂
@KinfeMobile-eo1tj
@KinfeMobile-eo1tj Жыл бұрын
Malabasa akkan godhata weyine ana hoso te,ee 😮😮😮
@ObsaaSarbo-rx8ty
@ObsaaSarbo-rx8ty Жыл бұрын
Jafee maltu si arsa atii ummaata godha hin ture
@mohamedcase9938
@mohamedcase9938 Жыл бұрын
Somali miyaa ya no turjuma😂😂😂
@bontuusalalee1144
@bontuusalalee1144 Жыл бұрын
Kkkk parkii keesaani namati tola garuu?
@sofiadefu3063
@sofiadefu3063 Жыл бұрын
Parnkii jetee ufataa iratii shamisitee jazibaa
@henariiibsaa
@henariiibsaa Жыл бұрын
Kkkkkkk Ayi Jare Hedu Arata mo Gize tetii ho Akanuma OK Hana Baga Gotee Hedu Nati Tolee
@ymanrman2733
@ymanrman2733 Жыл бұрын
Jafen wayta isa pirank godhan maa Aara Akkanatti 🤣
@DJ_Nasa_tube
@DJ_Nasa_tube 9 ай бұрын
👍👍👌
@ukmk676
@ukmk676 Жыл бұрын
😂😂😂😂keka mura yaa😂😂woi jafe
@KaalidMohammad-i3o
@KaalidMohammad-i3o 4 ай бұрын
hin tahuu kun wal sosobuun madaa hin fayyisuu😢
@afranqallotube3389
@afranqallotube3389 Жыл бұрын
Jafen obsaa qabaa male sila fuli si bade garu prank akanaa kanara off egi namni jarjaare arree wa si godhu dandaha
@mamadsheeka1914
@mamadsheeka1914 Жыл бұрын
Wwww mashaa allaah mashaa allaah❤❤❤❤❤❤
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 🎉
@MuhammadUmar-et2xe
@MuhammadUmar-et2xe Жыл бұрын
Wly attii kunii piraankii mitti
@UmarHassan-ng6ts
@UmarHassan-ng6ts Жыл бұрын
Wiwowowowowwo hanicho qaashti numa jirta
@saaidaysa3677
@saaidaysa3677 Жыл бұрын
Mashallaa mashallaa
@obsaamanur5382
@obsaamanur5382 Жыл бұрын
Itti xiqqata akka hojii isaatiin
@mohdnaimaintalaarsii319
@mohdnaimaintalaarsii319 Жыл бұрын
piranki akana hin hojatin Lamuu hanichoo
@mureemankush4076
@mureemankush4076 Жыл бұрын
garu jaffeen na gaddisiise 😂😂😂😂
@turimohammed2053
@turimohammed2053 Жыл бұрын
Waay prankii Numa beyta hhhhh fadisoo ish wallahi nama arsita fara
@hangejemal5216
@hangejemal5216 Жыл бұрын
😂
@saliyahuseen9465
@saliyahuseen9465 Жыл бұрын
Badawa malii pernkii akkantii nama godhanii waan bira ni dhabde
@shafisashow7681
@shafisashow7681 Жыл бұрын
Ofii piranki nama godha arta mo😂 Baga irraa kafalatte
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 🎉
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
Shafisa show matii naf tahii wal birraa haa dhabanuu wal haa jajjabeysinuu
Hanna Mohammed Afaan ko Simale- New Oromo Music 2024 (Official Video)
3:38
Une nouvelle voiture pour Noël 🥹
00:28
Nicocapone
Рет қаралды 9 МЛН
Каха и дочка
00:28
К-Media
Рет қаралды 3,4 МЛН
kulaniin jafe irattii prank ajaibaa dalayidee irraa kafalatte
16:23
Yeroo Jaalalaa
25:00
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 71 М.
Non Stop Afaan Oromoo Music Hana Mohammad
29:41
Hanicho Oro
Рет қаралды 76 М.
Diraamaa Jarti badu Haadha gurbaa  akka hojjettu godhatee
38:18
Marru show
Рет қаралды 102 М.
Hana Mohammed Kootu- New Oromo Music 2023 (Official Video)
5:08
Hanicho Oro
Рет қаралды 2,7 МЛН
Une nouvelle voiture pour Noël 🥹
00:28
Nicocapone
Рет қаралды 9 МЛН