Qophii Addaa II Turtii Haala Yerooratti Obbo Ayyaanaa Fayyisaa Waliin Godhame

  Рет қаралды 22,776

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Пікірлер: 74
@chaltusuphe9465
@chaltusuphe9465 Ай бұрын
🇪🇹🇪🇹🇪🇹👏👏👏🙏🏻🙏🏻lamaan keessanuu baayee isiin jalannaa gotootaa kenyaa❤❤❤❤
@adamibrahim7199
@adamibrahim7199 Ай бұрын
GALATOOMaa WARRII WAAYEEN BIYYAAFII BIYYOO ISIN YAACHISUU ☝️☝️☝️☝️🦻🦻I’m following you all the time From Canada 🇨🇦 AB
@zekeriahamza6938
@zekeriahamza6938 Ай бұрын
Obbo Ayyaanaan hayyufi beekaa waan beekuu dubbatuu nama jabaa nuti qabu keessaa isa tokkoo
@jemberu100
@jemberu100 Ай бұрын
Obboo Ayyaana anaadhufu, ati qulquluu, ambaasaadera dhugaati. Jabaadhu!
@lemijemal960
@lemijemal960 Ай бұрын
Anawar jabadhu atti sagalee Ummataaff taha jurta
@tilahunnega3501
@tilahunnega3501 Ай бұрын
Ayyaana Ayyaannisaa siif haa baayyatu bilchaataa wayyii
@alemeyasu635
@alemeyasu635 Ай бұрын
Ayana God bless you love you so much I don’t understand what you say but I know you love me Ethiopia our country ❤❤❤❤❤❤
@QAROOTUBEJiruu
@QAROOTUBEJiruu Ай бұрын
ayyaana kabajamaa namaa ❤
@Chalamd
@Chalamd Ай бұрын
Wahee namni je'e dhiisi hujii teh itti fufi anwaar
@JemalMahamad-s2o
@JemalMahamad-s2o Ай бұрын
Hayanan namoota siyaasa nama qaroodhap.nama miiraan ibsatiu osoo hintaane nama tasgabayaadha.
@WondimagegnehuMechamalka
@WondimagegnehuMechamalka Ай бұрын
Its very crucial to strengthen the negotiated ,Peaceful ,reasonable political constests b/n the Government and WBO...
@Ridujimmq-yo8um
@Ridujimmq-yo8um Ай бұрын
Wow jabadha galatoma 2 kesanu
@siiftiif9209
@siiftiif9209 Ай бұрын
Ayyaanaan nama guddaadha. Nuuf jiraadhu
@adamibrahim7199
@adamibrahim7199 Ай бұрын
GALATOOMII
@Savehumanlife
@Savehumanlife Ай бұрын
Nama beekaatu dhabame moo kan mucaa kana amma nuuf dhiheessitan?
@WondimagegnehuMechamalka
@WondimagegnehuMechamalka Ай бұрын
Invite very prominent individuals like Ayana Fayissa to share very fruitful ideas that can strengthen peace ..
@beyeneetamagn6252
@beyeneetamagn6252 Ай бұрын
Thank you 🙏 #Ayana and #OBN
@HilifMathewos
@HilifMathewos Ай бұрын
Diayaspooraa gogaa yeeyyii uffattee qabsoo ummataa billaa lamaan nyaachuu barbaadan irratti barameera. Bara Wayyaanee sana kanneen akka Ayyaanaa kanatu ummata burjaajessaa ture
@siiftiif9209
@siiftiif9209 Ай бұрын
furrii. osoo xurii qeensaatuu geesse gaarii ture. Wallaaltuu akka keetii kana waliin oromoo jedhamuunuu salphinna
@HilifMathewos
@HilifMathewos Ай бұрын
@@siiftiif9209 albaatii haadhake. siyaasa eessatti beekta? ayyaanaan gaafa jalqaba gara siyaasaa galu jawar xiqqaa jedhamee faarfamaa ture. girrisaa akka kee kanatu qamadii fi ingirdaada kan adda baasuu hin dandeenye
@geze.burayu2946
@geze.burayu2946 Ай бұрын
Afuuftuu shane
@AkkasKunoo
@AkkasKunoo Ай бұрын
Hojii bareedaa
@abdidewid6624
@abdidewid6624 Ай бұрын
🙏🌎🌎🌎🙏💎💎💎💯 Nuofuo jiira duo baaga Nuobayse Rabbin alhmduolilah
@AbdulfatahKader-f9k
@AbdulfatahKader-f9k Ай бұрын
Gibiraa lolafii nuraa gurttanii nuraa qabsaa bichanii kesanii hin baranuu Lolaa nuraa dhaba
@hiwottadesse9074
@hiwottadesse9074 Ай бұрын
Namni bayya kana keessa jiraatu Dr. Abiyyiin jibbus jaallatus dhimmoota akka Hidha Abbayaa, karra galaanaa, qonna qamadii... (dhimmoota biyyoolessaa) irratti finciluu hin qabu. Dandeenyaan deeggaru ta'uu baatu callisuu qaba. Namni mucaan isaa akka iyyoomtu barbaadu hin jiru.
@kamalwabe2136
@kamalwabe2136 Ай бұрын
Good job 👏
@SolBezu
@SolBezu Ай бұрын
Professor Ayyaana smart
@billsuccess
@billsuccess Ай бұрын
nama hassayyu dandaahu hunduu siyaasa xinnaxxalaa
@LoveMercy-uq1su
@LoveMercy-uq1su Ай бұрын
yeroo kana kan barbachiisu yaada akkana fulduraa ceessisuu'dha wan kana gottaniif galataa qabduu ittifufaa CAAYAA jechu kanuuma
@qananiisaagirma
@qananiisaagirma Ай бұрын
ayyaanaa nama hubataa
@Mohammed-m9t9x
@Mohammed-m9t9x Ай бұрын
Anwar sirritti gaafadhu ayyaanan nama gaaridha
@KorsatuluWami
@KorsatuluWami Ай бұрын
Ayyaana ati nama osoo beekuu beekaa ta'ee daba hojetu 👌 galaana gafachuu Yakka miti 👌 namni jedhees hin jiru garuu dabaan deemtee sumaaleland fi sumaaliyyaa waliti naqxe hin milkoofne jalqabuma biyya guddoo sumaaliyyaa wajin maaf hin asoofne ? Bishaan akka biyya fayyadu namni wallaale hin jiru ibsa hin barbachisu . Garuu ...
@MesfinBikila
@MesfinBikila Ай бұрын
አያና ምርጡ
@Alisanyimooti
@Alisanyimooti Ай бұрын
Waw ❤
@MahamadUsmaan-yt7uy
@MahamadUsmaan-yt7uy Ай бұрын
Sobuu. Dhiisii kallatiin kandurr haqxanii walik galtee walii galtee biraa mallateesitanmo akksmi
@WondimagegnehuMechamalka
@WondimagegnehuMechamalka Ай бұрын
If Ayanaa Fayissa will be given serious assignment of organizing the discussion forums,dialogue sessions ,as to me he will successfully handle ..I trust on him...
@chalagadisa-x5e
@chalagadisa-x5e Ай бұрын
Ayyaanan nama siyaasa bilcheesee beekudha, akka jawaar akka saree maraattee bakka hunda hin seenu kormee ilmaa jabaadhu
@aymenmustafa3041
@aymenmustafa3041 Ай бұрын
Kkkk Jawaar Jeraa kana dhoqqee bukeessee harka isaatiin ni hojjata 😂
@abdiijamal6543
@abdiijamal6543 Ай бұрын
❤❤❤
@saeedjehad5253
@saeedjehad5253 Ай бұрын
Bayee gariidhaa🎉
@MisoMiso-v1p
@MisoMiso-v1p Ай бұрын
Ayu nama cima
@WondimagegnehuMechamalka
@WondimagegnehuMechamalka Ай бұрын
My dear borther,**AYana FAyissa...** Please try to creat very strategic ,tactical messages that will strengthen the on goining Peace processes in Oromiya... Adera adera adera
@shunkuluullee6915
@shunkuluullee6915 Ай бұрын
Inni tokko tokko waqaraa jiru kun hedduu isin naasisemoo akkami? Hojiin waqaruu taateetti.
@HasanImam-d6p
@HasanImam-d6p Ай бұрын
Moluun saa turnjiifakkata. Hayyu sobaa waa'ebiyyaa sobaan hinlallabina. Dhugaayyu baayyeqabna manni goga harretiin ijaarame gaafa worabessi. Yusu jiga. Biyyaguddajedhe
@Ifrah-i7n
@Ifrah-i7n Ай бұрын
Mana kessani harre irra ijarame 😂😂😂
@elemobayeta5794
@elemobayeta5794 Ай бұрын
Maaltu soba amma haasa isa keessa
@HailuIrena
@HailuIrena Ай бұрын
Ijarraa hafaa!!!
@naziruuzinaabuu8808
@naziruuzinaabuu8808 Ай бұрын
Ayan koo❤❤
@Ridujimmq-yo8um
@Ridujimmq-yo8um Ай бұрын
❤🎉🎉
@AbdisaUkasha
@AbdisaUkasha Ай бұрын
Ayyan hayyu dha
@BestOf-o6w
@BestOf-o6w Ай бұрын
Dhuguuma ayaana ati ama ,motummaan pp kun karaa nagaatiin akka falmatu inuma hayeema mee Obboo Baatee urgeesa enyuutu ajeese jetee amanta moo Baateen qaween falmachaa turee jeeta dhugaan siraa hinmulatu Raabbiile yokin waqa keetilee hinsodaatuani haguumaan duraan sijaaleen sijibee
@gemechismegersa5852
@gemechismegersa5852 Ай бұрын
Liiziin kireeffachuun argachuu jechuudhaa?, boris kanuma teessanii ilaaltu mitiiree tultullaa odeessitoota wayii
@WondimagegnehuMechamalka
@WondimagegnehuMechamalka Ай бұрын
Successive discussion forums,dialogues ,etc should be coordinated ,organized and helb by involving : WBO key peace negotiators Government leaders (prominent political figures ); Aba Gadas, Scholars from elsewhere Youth leaders Children from schools Only Ethical Religious leaders, Public figures from the whole Ethiopia ,etc...
@BestOf-o6w
@BestOf-o6w Ай бұрын
Kufatii dipilomaasi motummaa tophiyaa jaluuf hin ifajiinamee somaliyaan dandeeti abiyirati argisifatee waligaltee hargeesa kufisiifte 000 galchite
@Yaziidhamad-l1f
@Yaziidhamad-l1f Ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂
@AbdiiSabaa-q4e
@AbdiiSabaa-q4e Ай бұрын
OBN Miidiyaa Boqqoolloo
@MagiiKoo-x2k
@MagiiKoo-x2k Ай бұрын
😂😂😂ayanaa😂😂
@markshawn6967
@markshawn6967 Ай бұрын
Oromo, if others led Ethiopia, why not oromo? Democratically and by fairness. Abiy got vision!
@dhdhhhhhh3019
@dhdhhhhhh3019 Ай бұрын
❤❤❤
@kassahunoljirraalemu9892
@kassahunoljirraalemu9892 Ай бұрын
Anaa Haadhufu Ayyoo kiyyaa. Kun, OBN irratti dhiyaattee yaada kee hordoftoota si jaallataniifi si eeganii yaada kee calaqisiisuu waan fedha qabaatteef, tarkaanfii guddaadha.narra, your crezy fun, irraa galata guddaa qabda. Hin badiin dafiidafii kottu. «Kan Waaqi 'siif haa galu' jedheen dhalatee guyyaa 40ffaa irratti galaafi, Kan 'siif hin galin' jedheenimmoo dhalatee waggaa 40ffaa irrattiyyuu hin galuuf.» jetti mitiree Oromoon?! «Siif galeera nutti galchi!» jetti Gujii Gurrachi.
@metituffa9525
@metituffa9525 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@abbaagoolee4496
@abbaagoolee4496 Ай бұрын
Ayyaana Fayyisaa ; Oromoo haa tahu iyyuu malee , sammuu amaaraatiin dubbata . Akka waan Ethiopian humnaan irra jiruutti dhissa . Yaadni akkasii kun yaa Ethiopia qofti fudhattuudha . Yaada biyyi lafaa fudhatu miti . Amma iyyuu Ethiopian karaa galaanatti geessu argatti malee , abbaa afaan galaanaa hin taatu . Of illee sobani nama biroo illee sobuun gaarii miti . Hundi keenya iyyuu karra galaanaa argachuuf , irratti qabsoofna . Garuu abbaa buufta galaana sana akka hin taane of beekuu qabna . Yoo kana hin taane , humnaanis , waliif galteenis , Asab qabachuudha .
@HayatMehammed-r5w
@HayatMehammed-r5w Ай бұрын
😂😂😂😂😭😭😭😭😭😭😭😭😘😘😘
@Wabiisabaa-p6f
@Wabiisabaa-p6f Ай бұрын
😂😂😂😂😂😮😮😮
@KetemaTsegaye
@KetemaTsegaye Ай бұрын
ዶ፣ር አያና እዉነት ኦሮሞ እዉቀት ኢያለን ለምን ወደ ሀገር ታመልሳቹ ለምን አትሠሩም ሀገራችን አሁን በአብቹ ግዜ ጥሩ የተረገገ ይሆናል ብየ ነዉ መስበዉ እንደነንተ የተማራቹ እና ግርማ ለሎችሚ አሉ ወደ ሀገረቹ ተመልሱ
@jamalabdullahi8723
@jamalabdullahi8723 Ай бұрын
Dhugaa yoo dubanne kan Somaleland waliin ka mallataawe base humna waraanaati, naval base waan jedhamu. Kuni haqame moo hin haqabne? Maaloo ummata tuffatanii moggaa hin deddeeminaa dhugaafi haqaan mari'adhaa!! Obbo Ayaanaa akka ati mootummaaf propaganda oofaa jirtu kanatu ragaa guddaa. Baga walgarree. Ummataafii biyya dura gareetu dursa jechuu, atilleen isa geggeessa jirtaa itti gaddina.
@HayatMehammed-r5w
@HayatMehammed-r5w Ай бұрын
🤐🤐🤐😭😭😭😭😭😭👗👗👗👗👗
@LalisaKadir-z9h
@LalisaKadir-z9h Ай бұрын
Im lalisa honare off line and mony
@DhugaaOromo
@DhugaaOromo Ай бұрын
Anuar dur nama dafqisiisuun beekamta. Har'a maaliif Ayyaanaa sodaatte? Maaliif keessaa baaftee MOUn Somaliland faana mallatteessan maal ta'a? jechuu dadhabde. Maali dubbii bukkee deemuun kun?
@ShurfaJemal
@ShurfaJemal Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@dhdhhhhhh3019
@dhdhhhhhh3019 Ай бұрын
❤❤❤❤
Oduu Guyyaa  Sa'aatii 7:00 OBN Amajjii  10, 2017
19:26
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 1,6 М.
የጥምቀት በዓል አከባበር
Amhara Media Corporation
Рет қаралды 447
Мен атып көрмегенмін ! | Qalam | 5 серия
25:41
СИНИЙ ИНЕЙ УЖЕ ВЫШЕЛ!❄️
01:01
DO$HIK
Рет қаралды 3,3 МЛН
Waamara Shubbisaa fi Uffannaa Gujii
16:27
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 1,5 М.
Oduu Galgala  Sa'aatii 1:00 OBN Amajjii  10, 2017
58:49
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 2,4 М.
Caayaa  OBN Mudde 07,2017
29:02
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 18 М.
Мен атып көрмегенмін ! | Qalam | 5 серия
25:41