KZ
bin
Негізгі бет
Қазірдің өзінде танымал
Тікелей эфир
Ұнаған бейнелер
Қайтадан қараңыз
Жазылымдар
Кіру
Тіркелу
Ең жақсы KZbin
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Taajuddiin Ahimad- "Hangaatuu tiyyaan" anaaf sirbamteen mormii kaaste
19:46
Yeroo Jaalalaa
23:46
Quando eu quero Sushi (sem desperdiçar) 🍣
00:26
1% vs 100% #beatbox #tiktok
01:10
ЧТО ОПАСНЕЕ? ОТВЕТЫ ВАС ШОКИРУЮТ... (1% ОТВЕЧАЮТ ПРАВИЛЬНО) #Shorts #Глент
00:38
REAL or FAKE? #beatbox #tiktok
01:03
Qophii Yeroo Jaalalaa
Рет қаралды 155,567
Facebook
Twitter
Жүктеу
1
Жазылу 719 М.
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Күн бұрын
Пікірлер: 218
@sinanharme5784
2 жыл бұрын
Loqodni isaanii kun akkam namati tola waqaa koo dhageeffadhee qufuu dadhabe waq Hora bulaa long life ❤️❤️❤️❤️
@ituumucaajalalaa327
Жыл бұрын
Subscribe naafi godhi sanyikoo
@urgokebe7331
Жыл бұрын
Rabbii umurii walin sin yaa dheresuu 🥰🥰🥰🥰🥰💖💖💖💖💖💖💖💯💯💯💯🤲
@metikumela1262
2 жыл бұрын
Barakana kan qomatii dhera malee kan yadaa dheraa qabu in jiruu waqayyo jalalaa kana isinif adabalu obolewwaanko🙏🙏🙏🙏🙏💔💔💔🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@sisaayygamachu1383
2 жыл бұрын
Wowwwww waqaayyoo waaliif issin yaa jirachiisuu umrii dheraa 💝💖💝💝💖💖💝🌹
@kadijaderrtube8259
Жыл бұрын
ውድ ያማዳም ቅማሞች አላህ ያማታ እጀራ ይስጣችሁ አሚን በሉ
@aaegrnshnea1331
Жыл бұрын
አሜን
@meskeremelese6154
Жыл бұрын
Amen
@doroujulu2246
2 жыл бұрын
I wish happy, Long life together
@habibaalhabiba9094
Жыл бұрын
ቆይቶ ቁጥራቸው ቁጥራቸው ቅጣት ቆይቶ ቆይቶ ቆይቶ ቂጤሳ ቆቖቅቅቆቆቆቆኮቆቆቆ
@boruhalake6814
2 жыл бұрын
Be bless good couple May Almighty engulfing your entire life and family
@oromoowalaabuu
Жыл бұрын
What Blessed Family, God Bless Your Entire Life
@GaniyeArsi
Ай бұрын
Rabbi walin umirii issin haa dhereuu horaa bulaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SaddamGYusuf
2 жыл бұрын
Barraaqon saahiba kiyya wajjiin baranne University DDU kanaafuu baga gammadde naaf jedhaanii barraaqon nama jabaa bilchaataa dha dhugumatti baga maatii horatte naaf jedhaanii congratulation 🎉 barraaqoo muddaa
@fayinedenabo9744
2 жыл бұрын
Horraa bullaa umrii wojjiin dheradhaa congratulations 👏💐
@MohammedTura-w2s
4 ай бұрын
Dhugaa rabbii fkn ollii aanaadha rabbiini wojjiini isiinii haa tursiisuu .dhugaa rabbii
@sifumideksa1011
2 жыл бұрын
Wow jalaalti mo'atadhaa fkn bayye naf tatan durboche dhirochee irraa baradhaa horaa bulaa namati toltuu dhugaa
@sifaanfayyaakoo7419
2 жыл бұрын
Yooyyaa yaannis waliin deemsis Hafiizaa Beekumsii aswrwb duutis barnootaa Bilisummaa Elemoo Qilxuu Eegumsaafi
@Salma-kf3vb
12 күн бұрын
Namattii tollaa bayyee gallatomma umurrii dheradha.❤❤❤❤❤❤❤❤
@yesuusgooftaa266
2 жыл бұрын
Waaqayyoo umurii dheeraa wol wojiin isin haa jiraachisuu!!!!!🙏🙏🙏🤲🤲🤲🥰🥰🥰❤❤
@egzihabermalkamnewu925
2 жыл бұрын
Waqayyo Bulto Keessan haa ebbisu hora bula bayyadha 🙏♥️😘💖👨👩👧
@Yemuu109
2 жыл бұрын
I like his confidence👌also he has sense of humour 😄 😀.
@mdamin9092
2 жыл бұрын
Maashaallaah ajaa,iba baayyee bareeda!
@Ebisagenjo6440
Жыл бұрын
yeroo an waggaa 1ffaa baradhu yeroo namni barcuma ykn teessoo irra namni si kaa'u nan yaadadha. bara 2009
@galmamiyo5531
2 жыл бұрын
eebbifamaa WAAQII isan eebbisu
@saabirkadir5899
2 жыл бұрын
Yoyaa ammas yoyaa baga nagaan dhuftan woow ❤❤❤😘 Translate to English
@burhanahmed1771
Жыл бұрын
Lensa u are blessed ❤️❤️❤️❤️
@maatiijaalalaa2513
2 жыл бұрын
Dream come true 👍
@obseegorba
2 жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii
@fatumawase
2 жыл бұрын
@@obseegorba ደምሪኚ
@indirisssaidibraahim7157
Жыл бұрын
Rabbiin adduuniyafi akiiratti gammaachuun siiha jiraachiisu
@tolesaejara3158
Жыл бұрын
safuufi jaalalti qulqulluun boorana jirti, sanyi sadeenin walitti hora👨👩👦👦
@dhj478
2 жыл бұрын
Blessed family ❤️
@jamiilatube
Жыл бұрын
Masha Allah hojiin umurii dheradha
@fitalademe3296
2 жыл бұрын
Wwwww dhugaa baay'ee namatti tola kun dubartoota bara kanaaf deebidha warra luka afur fedhan jechuu kooti
@safeenasafeena1087
2 жыл бұрын
Mashaa allahaa Rabin umarii 1000 is nuu jiradha a oromoo koo woraa nuu bulaa
@bezuneshjimma7849
2 жыл бұрын
God bless your entire life 🙏
@habtamutesfayeduressa8233
Жыл бұрын
Horaa, bulaa deebanaa.
@medinaibraham2917
2 жыл бұрын
Hedduu namatti tolaa jabaadha bultii gaarii waaqin isaan haa godhuu
@gutemakasim3932
2 жыл бұрын
Maashaa,allaa rabbiin waliin haa bulchu
@rafimajama4279
2 жыл бұрын
Wow jaalala dhugaa jechuu kanaa horaa bulaa qaqaliwwani
@mesiitube5907
2 жыл бұрын
Bayyee bayyee garidh jiranya garii
@qidisitigabbisaa
2 жыл бұрын
Maatii naf ta.ii masiyee
@mesiitube5907
2 жыл бұрын
Ok lubbuu tooo sabikatri si gode jira
@BontuMuda
5 ай бұрын
Maalo bareeddu tana ufff ebbifami innis enyu qaba
@LogmanLogman-n4v
Жыл бұрын
Bare betam Arifnew
@tokmedia9724
Жыл бұрын
Leensaan intala cimttudha,fakkenyaa dubartoota balaxaxamuu barbadduuf taatee jirta, ilalchaa walaltoota hedduu jijjirtee, rabbii walitti siin haa jalattu
@anaftech
2 жыл бұрын
Horaa bulaa❤❤ Umrii Dheeradhaa🙏
@samerajamaal9408
2 жыл бұрын
Congratulations 🎈👏🎈👏
@galmamohamed3506
Жыл бұрын
Congratulations 🎉🎉👏🎉🎉
@ademabadir3677
2 жыл бұрын
Akkuma hangafa tahan warri booranaa barnoota nuuf kennaa jiran- walqixxummaa ilma namaa ibsaa jiran!
@obseobse563
2 жыл бұрын
Horaa bulaa baay'adhaa ❤️❤️❤️❤️
@ituumucaajalalaa327
Жыл бұрын
Subscribe naafi godhi damaakoo
@addooyyee874
2 жыл бұрын
Horaa Bula! umrii dheera waliin jiraadha❤
@ituumucaajalalaa327
Жыл бұрын
Subscribe naafi godhi sanyikoo
@galanikarabiinalhadulila
2 жыл бұрын
Masha allaah 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@danieldesalegn5386
Жыл бұрын
min ayinet asteway lib new yesetesh!!! liyu set nesh!!!
@YASINTUBE230
2 жыл бұрын
Sila namni akana bayate walahi horabula👏👏👏👏👏👏
@obseegorba
2 жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
@ibrahimabdala9839
Жыл бұрын
Masha Allah
@galaneb2340
Жыл бұрын
Wow Hora bayadha 💕💕💕💕💕
@eshetutashometashome9604
2 жыл бұрын
Bayyee baredaa wajin umurii dheradhaa garuu mootumman akkumaa gafaa hadhaa isaa irraa qoraani batee yuniversitii irraa ebifamee manaa Badhasatani Innis wan hundaa danda.ee baratee Milka.ee manaa badhasuu qabuu jajabesuu qabuu
@عائشةالعتيبيالعتيبي
6 ай бұрын
Maashaala❤❤
@nejatmohamedamin9206
Жыл бұрын
Masha allah horra bulla
@saeedlink8764
2 жыл бұрын
Mashalla
@fadilujabal4722
Жыл бұрын
Baayye namatti tola woliif jara hadhiisu
@tayitutube891
2 жыл бұрын
Umurii dheeraa fayyaa gutuuu isinii haa kenuu Waqaayyoo
@AsliaAslia-k6k
7 ай бұрын
Mashallh♥️♥️
@hassanhalake2721
2 жыл бұрын
Congratulations lensa
@golichmolu8568
Жыл бұрын
Hora bulla debana❤
@bentislam1930
Жыл бұрын
Horaa bula 🙏🏾🌺🌺🌺🌺🌺🌺❤❤❤❤
@qaashtiisanyiioromoo9561
2 жыл бұрын
Yaa hojii rabbii namaa ajaiibaa
@fatiyagannaa2211
Жыл бұрын
Jaba kena jabadhu gotta oromoo tica borana
@ahmedyassin5667
2 жыл бұрын
Mashsa aallh mashaa llah
@yusurahusen8510
2 жыл бұрын
Maashalaa tabarakalaa
@ERGAR-Estido
Жыл бұрын
Wan.ajaiba.arkaa.jiraa.midian.kenaa baga.jiratan
@kuniskenya299
2 жыл бұрын
Mashaa allah
@asbnm5371
2 жыл бұрын
Masha Ă̈l̆̈l̆̈h̆̈ @❣️🤙👌
@YASINTUBE230
2 жыл бұрын
Wowowo
@rahimanegash630
2 жыл бұрын
Obn hojii gaaridha mishirroo keenya umrii dheeraa
@warkidubai1005
2 жыл бұрын
Bayyee nama garma dhuga rabbii
@Umaajamal
2 жыл бұрын
hardha yeroo jalqabaaf obn dawwadhe barreduu boranaa galatefadha
@abdinjira8746
2 жыл бұрын
Maskiif Muller Nuuf fidi 🙏
@seenaaoromiyaa9944
2 жыл бұрын
Horaa bulaa umurii dheraa wali wajii isiin haa jirachisuu waqayoo akkam namati tolaa asii irra waa hubanaa jedhe yaada loqodaa isaan afaan bora baay'ee nati tolee ni jaladha
@safisatube7861
7 ай бұрын
Mashaa Allah
@sadamaliye5133
2 жыл бұрын
Hiriyyaa koo baayyeen siif gammade
@abdallaelemo4062
2 жыл бұрын
Rabbiin waliin isin haa bulchu
@bilanharawa45
2 жыл бұрын
Horaa bulaa, ilmaan horaa nagaan jiraadhaa haarrii filadhaa
@ياسرالشحي-ذ7ط
Жыл бұрын
በሬዳ ብቻ ነው ማቀው ክክክ
@firootube9512
Жыл бұрын
Mabruuk
@Mattwesttv
2 жыл бұрын
Ajaa'iba dhugaa🤭♥️🥰
@wallojilleem951
Жыл бұрын
Midiyaan keesaan gudadha mo??
@SabirKadir-vz4uj
Жыл бұрын
Long Life ❤❤🎉
@abdiikooyesu4698
Жыл бұрын
We come nagaa dhufta ❤
@ituumucaajalalaa327
Жыл бұрын
Subscribe naafi godhi sanyikoo
@naseemasaif1945
Жыл бұрын
Namaa gababa bareduu hara argee
@meskeremelese6154
Жыл бұрын
Wow 😍😍😍😍
@seenaa87
2 жыл бұрын
Horaa bulaa❤😍
@blentube3002
2 жыл бұрын
seenu kotu mati naf tahime
@obseegorba
2 жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
@blentube3002
2 жыл бұрын
@@obseegorba ani mati keti bar
@rahimanegash630
2 жыл бұрын
Oromoo baraarurrattis hojjadha maaloo kijiba opdo dhiisaa waan gaarii hojjachurratti xiyyeeffadhaa
@tabotefayera4588
Жыл бұрын
Wow 👌 👏 😍 👍
@محمدالمري-ح5و
2 жыл бұрын
Maashaalaah.maashaalaah
@jamalali2267
2 жыл бұрын
Mashallah
@amanuelmesfin8010
2 жыл бұрын
Baayyee namatti toltu.Umrii dheeraafi fayyaa isiniif haa kennu.Waaqni jaalala isaan isin haa eebbisu.
@ayantuayantu2300
Жыл бұрын
Wow 😘😘😘😘😘😘😘🥰🥰
@MiesoBuli
2 ай бұрын
Bay,ee bareedan wol horaa jennaan
@obseeobsee515
2 жыл бұрын
Wowww bagaa nagaan dhuftee moniiii
@obseegorba
2 жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
@MancheAm
2 жыл бұрын
Woggaa 1000 nuf jiradha horra bulla
@dinglameljeamalje6144
2 жыл бұрын
Congregation
@HdhjJjdhd-z3h
10 ай бұрын
Mash❤❤
@lumibasha8696
2 жыл бұрын
Hora bula😍😍😍😍😍
@obsininamilikidhatube9901
Жыл бұрын
ماشاء الله تبارك الله
@oromtittiiarsii9036
Жыл бұрын
Jaartii guutuu abarraa fakkaatti mucattiin❤
@galanikarabiinalhadulila
2 жыл бұрын
Masha allaah
19:46
Taajuddiin Ahimad- "Hangaatuu tiyyaan" anaaf sirbamteen mormii kaaste
Melko
Рет қаралды 55 М.
23:46
Yeroo Jaalalaa
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 116 М.
00:26
Quando eu quero Sushi (sem desperdiçar) 🍣
Los Wagners
Рет қаралды 14 МЛН
01:10
1% vs 100% #beatbox #tiktok
BeatboxJCOP
Рет қаралды 57 МЛН
00:38
ЧТО ОПАСНЕЕ? ОТВЕТЫ ВАС ШОКИРУЮТ... (1% ОТВЕЧАЮТ ПРАВИЛЬНО) #Shorts #Глент
ГЛЕНТ
Рет қаралды 1,8 МЛН
01:03
REAL or FAKE? #beatbox #tiktok
BeatboxJCOP
Рет қаралды 15 МЛН
22:11
ODUU MUDDEE 17, 2024
OMN
Рет қаралды 1,9 М.
23:33
Yeroo Jaalalaa
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 80 М.
40:45
Ajiib! Addunyaa Dhokataa “iccitii Jinnii” #ustaz_ibsa waliin Kutaa-1ffaa @IbsaaMedia1
ZAD PODCAST
Рет қаралды 21 М.
18:25
“በጄኔራልም በሚሊሻም አይሳከም”አመራሩ፣ የእነ ሽመልስ የፀጉረ ልውጥ ዘመቻ፣ የመከላከያ ደብዳቤ፣ በትግራይ ወታደራዊ ምልመላ?የኢሳያስ ወታደሮች ተማረኩ| EF
Ethio Forum ኢትዮ ፎረም
Рет қаралды 30 М.
20:11
Kolfa dhumne 😀 Yeroo bohaartii Maatii waliin . Ayyuuf father Qarshii 20000 nu nyaatan😌
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 166 М.
15:01
ABSHAALOO - School Life - kutaa 41ffaa
Libsuu Media
Рет қаралды 12 М.
31:40
Yeroo Jaalalaa #Jaalalaa_akkas_onnee_nama_cabsiti. #xalayaa_abbaan_intaala_isaaf_bareesse
Fozi Oro Tube
Рет қаралды 70 М.
13:32
Ethiopia፡ ባለስልጣናት ሆቴል ባሉበት የቦምብ ጥቃት ፋኖ አስቸኳይ ማስጠንቀቂያ ሰጠ ጀዋር በአማራ ጉዳይ ተቃውሞ አሰማ
Amhara Daily
Рет қаралды 919
29:25
yeroo jaalalaa.
Urjii Entertainment
Рет қаралды 19 М.
16:03
Oduu 'OBN Cyber Media' Mudde 08/2017
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 228
00:26
Quando eu quero Sushi (sem desperdiçar) 🍣
Los Wagners
Рет қаралды 14 МЛН