Rakkoo Gaa'ilaa

  Рет қаралды 39,629

Raayyaa Abbaa maccaa official

Raayyaa Abbaa maccaa official

Күн бұрын

Пікірлер: 459
@abduahmad3694
@abduahmad3694 3 жыл бұрын
Namnii ustaazaa Kenyaa jaalataan like godhaa mee ❤️
@obsiiyaagaraakoo5320
@obsiiyaagaraakoo5320 3 жыл бұрын
أنا أحب وا الله راييا حبيبي An nan jaladhaa dhugaa rabbii
@fuhadbiyya6584
@fuhadbiyya6584 3 жыл бұрын
Like godha ustaaz
@daaliilfaaris4733
@daaliilfaaris4733 3 жыл бұрын
Mashallaha tabarakallha
@ustazmobile5613
@ustazmobile5613 3 жыл бұрын
Ani USTAAZ RAAYYAA Isin Hundarra Jaalladha Osoo Madaalamee Parsantii 100 Ol Nita'a Jaalalli Ani Raayyaa Abbaa Maccaa tiif Qabu YAADA Kennatuu Nidanda'a Jedheetan Yaada USTAAZ RAAYYAA Keenya Dhiiraa fi intala Karaa Shari'aatiin Wol Fuusisaatii Nutti Agarsiisaa Maaloo USTAAZA Nuti Rakkoon Nuqabattee Jirti Rakkoo Nuqabattee Keessa Jirru Kana isinillee Quba Qabdanu Jedheetan Yaada Ani Gama Kiyyaan Dubara 5 ffaa (Shan) Irra Gahee Jira Hudinuu Rakkoo Maatiiti Arsii Keessatti Gabbara Gaafatan Waan Ta'eef Arsii Keessatti Sababa Fuudhaaaf Heerumni Dhabameen Zinaa Dalaguun Baay'atee Jira Bifa Kanaan Qiyaamaan Dhaabbatuuf Deemti Sheekkonni Arsii Tokko Tokko Gabbara Osoo Hin Kennin Akkamitti Fuudhuuf Deemta Kan Namaan Jedhanillee Nijiru Dubbii Kana Laaftutti Hin Laalinaa USTAAZA Da'awaa dhaan Nudhaqqabaa Maaloo Maaloo...
@obsiiyaagaraakoo5320
@obsiiyaagaraakoo5320 3 жыл бұрын
@@ustazmobile5613 kijibddu wahii kun malii adara obbolumma maf wal sobnna 🤦‍♀️
@isayyeeandaslii3997
@isayyeeandaslii3997 3 жыл бұрын
Anaa dhufu ustazi kena jaltamafi kabajama 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💗💗💗
@zenakjabal3678
@zenakjabal3678 3 жыл бұрын
Annaah dhufu gaa 😭☝️❤️💘💔Nasheeddaa Usztaza Raayyaa Abbaa Macaa Kanya Kkaanaa Sabiyummaa kotinan dhaagefachu Jaallaaadhaaa 💝🤲Wollahi Rabbin Umuri kessan Nufa Dheresu
@obsinetiitube1411
@obsinetiitube1411 3 жыл бұрын
Anis ijolumaakoorahin dhagefadha ammas jaladha amma waga 21 gahee alhamdulilh
@zenakjabal3678
@zenakjabal3678 3 жыл бұрын
@@obsinetiitube1411 maashaa Allah Tabarakalah Yaa
@yuseebulchaa337
@yuseebulchaa337 3 жыл бұрын
Rabbiin sira hajalattu
@nasraabdii8949
@nasraabdii8949 3 жыл бұрын
Mashallah Tabaarakallah ustaazi namni akka kiyyatti ustaz Raayyaa abbaamacca jallattan like 🙏❤❤
@nafesamohd9073
@nafesamohd9073 3 жыл бұрын
Nuu jiradhuu Leca tokichaa qixee kumaa ustaza koo qalii rabiin umrii kesan nuu haa dheresuu inshalla huda kesanu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@meseratjaleta6940
@meseratjaleta6940 3 жыл бұрын
Anii amantiin kotii anii oromuma walin qabnaa kanaf lamataa amoo ustaz Rayyan bayee namatii tolaa haqaa nama jalatudhaa oromof gati gudaa namaa kafalledhaa. Sabonadhaa anii akamin namaa akkasii jibaa ebifamii attif mattin kee ustaz Rayyaa Abbaa macaa💚💚💚💙💙💙💚💚💚💙💙💙💙💙💙💙💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sultanyusuf2772
@sultanyusuf2772 3 жыл бұрын
Wallah rabbiin anaaf naan haa jedhuu nama haga Rayyaa fi Jawar muhamed jaaladhu hin qabu. Ustaz Rabbiin isinirraa haa jallatuu mee yeroo fuula rabbii dhaabbataniif Jawar fi nama karaa haqaa irratti hidhaman akka rabbiin waan isaan dheebotan san arggan nuuf kadhaa rabbiina. Wallah yeroo vol 14 keessan dhageefadhu miira hin taane keessa gala. Keessumaayyu yeroo qowllii( jecha) kee aduwwiin shinttibeetii keesse yaa ummata islaamaa maal abdattee tesse kan jedhu. Eessuma koo dhaqee muraada kee gahu bakki jettuus kutannoo isin diin keennaf qabddanttu keessa koo dammayssa.
@fatemagril2057
@fatemagril2057 3 жыл бұрын
uustaz raayyaa kenyaa nutii siduraa haa dhabamnuu aduniiyaa tanaraa iinsha Allah 😭
@شمسيهاورما
@شمسيهاورما 3 жыл бұрын
As wr wb Haayyuu Keenna rabbiin umrii teessani nafi hadheersuu Usataza Keenna kabajamoo jalatamoo ❤💚❤💚✅💯
@konjokonjo8613
@konjokonjo8613 3 жыл бұрын
Maasha Allah Rabbi umrii keessan nuuf haa dheeressu ustaaza keenya Gorsi keessan baay'ee namatti tola Jazaakallah kayir
@amashahh4817
@amashahh4817 3 жыл бұрын
Waalekum asaalam woraamatulaah wobaraakatuhu mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah rabbii umurii keessaan nuu haa dheressuu Rayyaa koo abba hiyyeessaa abba midhaama abba namaa hundaa
@ifiyyfhuj1615
@ifiyyfhuj1615 3 жыл бұрын
Ustaz kenyaa jalataamaaf kabaajaamaa rabbiin umrii ke nuuf hadhereesuu bayee sii jalalaa dha 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹
@sumayaar1621
@sumayaar1621 3 жыл бұрын
Masha Allah ustazaa kenaa Rabbiin umii isin haa dheresuu ♥️♥️♥️😍😍😍
@arsiidhaabiyiikoo4465
@arsiidhaabiyiikoo4465 3 жыл бұрын
Ustaaz raayaa koo rabii umrii keesan haa dheeresuu rabiin
@zameaman9278
@zameaman9278 3 жыл бұрын
Yaa umataa kenyaa ustazii rayyaa jajabesaa sabicarbii milyonaa 2 Akkami hanqataa hangaa ammaa
@cutekoo3194
@cutekoo3194 3 жыл бұрын
Masha alh rabbin umri dhera isanif haa keennuu ustaz kenyaa
@fozeebiiyaa75
@fozeebiiyaa75 3 жыл бұрын
Mashallah ustaz kenyaa baga nagan dhufatan 🌹🌹🌹🌹🌹💗💗💗💗💗💗👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@ayishajemal6234
@ayishajemal6234 3 жыл бұрын
Wa'aleykumasalam warahmatullahi wabarakaatuhuu Ahleen hayyootaa keenyaa kabajamoo fii jaallataamoo rabbin umrii keessan nuuf haa dheereessuu rabbin isiin haa tiksuu leencaa islamaa
@bintislam2758
@bintislam2758 3 жыл бұрын
Waaleeyiikumsalam wooramaatullhiii woobarakaatuhu Allheeen ustazunaa maash.allhaa maash.allhaa maash.allhaa maash.allhaa Tabarkallhaa dubai Aja'ibatin nuuf dhufatan
@samiraahuseen9529
@samiraahuseen9529 3 жыл бұрын
rabbin umrii isinii haa dheressu ustazotaa kenyaa qaqaliwwani fi gagariwwani dinii islamaa
@nanatitube5400
@nanatitube5400 3 жыл бұрын
Samira kotuu matii walifi tanaa hayatii ❤❤
@hafizroza1559
@hafizroza1559 3 жыл бұрын
Mee namni akka kiyya jaallattan like ❤️
@aslihaantaoromoo115
@aslihaantaoromoo115 3 жыл бұрын
Garuu hanga koo namni isaan jaalatuu waan jiru natti hin fakkaatu 💔😥
@jaware5998
@jaware5998 3 жыл бұрын
#haafiz#sharagu.1#hour#ago Mee like nafii xuqii bro Rayyaa abba maccaa ❤❤❤🤔🤔🤔🤔
@yeahyea6294
@yeahyea6294 3 жыл бұрын
maashaallah tabarakallh rabbin irra haa jalatu
@obsiiyaagaraakoo5320
@obsiiyaagaraakoo5320 3 жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@obsiiyaagaraakoo5320
@obsiiyaagaraakoo5320 3 жыл бұрын
@Haleema shareef أنا احبا اكسار منيس ❤💯
@fadilahassan40
@fadilahassan40 3 жыл бұрын
Maasha allah tabaraakaallah ustaaza Kenya qali rabbin umrii keessan isin nu haa dhereessu jzkl
@halamibsbsbb8136
@halamibsbsbb8136 3 жыл бұрын
Mashaa Alhaaa dhugaa kesani ustazaa kenaa Rabini umrii kesani haa dheresu
@glowcell6995
@glowcell6995 3 жыл бұрын
ASWRWEB..mshar
@najaahdaawaagurp5232
@najaahdaawaagurp5232 3 жыл бұрын
Maa shaa allah tabaarak allah rabbiin siraa haa jaalatu garuu gaafiin ati gaafatu jajabadhaa yeroo heduu siif hin deebiu akkka ati barbaadeti siideebisuf beekumsa inqabuu garu yaada kee nanhubadha
@mameTub
@mameTub Жыл бұрын
Yaa ustaz Rayyaa Abbaa manccaa jzk umri Rabbii Si ha dheeressu jannaatan si ha qananiisuu
@samiraahmad7960
@samiraahmad7960 3 жыл бұрын
Mee adaraa yaroo takkoo duahi naaf kadhaa akka rabbi ilmoo barka qabu naa kunu hadhaa ergaa herume 10 gahera gafani herumu umurii kiyya 16 hadhamo wogga dadmii 26 qabera garuu anni rakko qabdu naa jedhani jarii akimi yoma rakoo abba mana koo qabatelee eraa bahuu Hin barbdu akmuma rabbini naa kenu naaf kadhaa
@ummuurayyaanlnshaallahabdu8188
@ummuurayyaanlnshaallahabdu8188 3 жыл бұрын
ustaaz keenyaa Rabbiin isinira haa jallatuu mashaallah mashaallah Tabarakallah Rabbiin umurii keessaan haa dheeresuu lnshaallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❣❣❣❣❣❣❣❣
@ኢስላምዲኑሳላም
@ኢስላምዲኑሳላም 3 жыл бұрын
Masha Allah Maaliif Waan Nu Karaa Sin Egnu Dhiftani Waan Biraan Dhuftan💖💖💖💖💖💖💖💖
@bintislam2758
@bintislam2758 3 жыл бұрын
Inshallhaaaa nama sadarka hadhuma gahee shari'aan herumsifatu fusifatus nuuhaa godhu rabbiin ☝☝☝
@xaayibaagaalatooamboo8158
@xaayibaagaalatooamboo8158 3 жыл бұрын
صلی علیہ وسلم صلی علیہ و سلم صلی علیہ و سلم صلی علیہ وسلم صلی علیہ و سلم صلی اللہ علیہ وسلم maaashaaalllah tabarakallah rabbii umari isnii haadherasuu inshaaallah
@bintislam2758
@bintislam2758 3 жыл бұрын
Gorsaa kessan nuuf dabala inshallhaa Rabbiin amri jabate kulii nuuf lafisuu
@makiyaaaliyyii8169
@makiyaaaliyyii8169 3 жыл бұрын
Barakallaha yaa Allah Ustaaza Raayyaa Abbaamacca umrii isani nuf dhereysiii yaa Allah jiruu baredu fayya garii walin heduuun sijaallaadha Rabiif Jecha dhamsa kee kan Adunyafi Akiratile nufayadu nufha godhuu Rabiin sira haa jalatuu jzk 🌹🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️❤️❤️❤️☝️
@anisaniisiifbaddessa9017
@anisaniisiifbaddessa9017 3 жыл бұрын
Ustaaz Rayyaa Abbaa maccaa Rabbiin Umrii kee nuuf haa dheereysuu Bayyeen sii jaalladha Wallahi Rabbiin keeysa ko argaa Hamaan biyyaa kooti galee ijaa sii arguu Rabbiin naaf siis Umrii nuuf haa kenu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@metchogravity7908
@metchogravity7908 3 жыл бұрын
Masha allha ustazota kenin isni jalannaa rayyaa kenna bayye isin jalana rabumaf jecha
@kabirafaati5949
@kabirafaati5949 3 жыл бұрын
Rayyaa kenya umrii dheradhu sijallanna siwolin jirra abshir
@gduifsu4831
@gduifsu4831 3 жыл бұрын
Ustaaz rayyaa wolhii rabbiif jechaa isiin jalaadhaa
@yusufjewaro9199
@yusufjewaro9199 3 жыл бұрын
Maashaallaah rabbiin umrii isaanii nuuf haa dheeressu
@nejatabagunbul9501
@nejatabagunbul9501 3 жыл бұрын
Mashaa.alaa ustaz. Ani bayen isinjaladhaa rabif jechaa rabi umuuri ke hadheresuu galatomi
@metii5816
@metii5816 3 жыл бұрын
Rayya abaa macaa kirstana tatani warii jalataan like tuqaa❤❤❤❤❤❤❤
@ikrammohammed5652
@ikrammohammed5652 3 жыл бұрын
Ustaaz keenya Rabbiin umrii isin haa dheeressu
@foziaomar7594
@foziaomar7594 3 жыл бұрын
Assllamu aleykum woraamatulahi wobarakaatu yaa Rayyaako RAABII Jedhee Sijaladha Qabanaa,Arshi Jallati Walinuqabukaa,🌷
@ammurahbint8142
@ammurahbint8142 3 жыл бұрын
Umrii keessan keessa Rabbiin barakaa nuuf haakaa'u ❤❤❤❤❤❤❤💞💞💞
@eshetuanbasa9407
@eshetuanbasa9407 3 жыл бұрын
Ebifamaa nama ustz Rayyaa sagalee isaa yoo dhagahuu dhukubaa kootuu naraa demaa😭
@shegashega8729
@shegashega8729 3 жыл бұрын
Ustazaa kiyyaa qalii rabbi umrii sini haa dheresuu hasofne kesani akka damati natii miayaa nufii jiradhaa umir dheradha
@ramlaashekalil901
@ramlaashekalil901 3 жыл бұрын
Maashaa.allaah rabbiin umuri keessa nufadhereesu ustaaz keenya
@ayyaaneeamaan7861
@ayyaaneeamaan7861 3 жыл бұрын
Waleeykuum salaam warahamatullaah Wabarakatuuh Mashallaah mashallaah mashallaah Rabbiin isiin irraa haa jalatu
@rahemakedirtube7735
@rahemakedirtube7735 3 жыл бұрын
mashaa Allah. Rabbiin umari isini haa dheressu
@jaware5998
@jaware5998 3 жыл бұрын
Waleyekmuu salama Waramatulii wabara katuu Rabbii isinira haa jalatu ustaaz kena☝️🕌🕌🕌🕋🕋🕋🌙🌙🌙mashaAllah mashaAllah mashaAllah mashaAllah mashaAllah mashaAllah mashaAllah mashaAllah mashaAllah mashaAllah Tabaara kallaah jizk jizk jizk
@qasimgalato6037
@qasimgalato6037 3 жыл бұрын
Mashallah mashallah bareeda ustaaz rayyaa rabbii umrii nuu haa dheerressu
@fatumamama8236
@fatumamama8236 3 жыл бұрын
MASHAA Allah rabbi isini irraa haa jalatuu ustazutaa keenaa umari nufi erdha
@fatumamama8236
@fatumamama8236 3 жыл бұрын
@@nanatitube5400 Yeero qabu
@ayishabintaman8386
@ayishabintaman8386 3 жыл бұрын
Isin lachuu leenca dhugaa Ustazi Siraaj Abba Boson fi Rayya Abba Macca isa kaans naqaa Hin beekuu isin hundu galaoomaa
@rizza169
@rizza169 3 жыл бұрын
Ustaan rayya bayye isiin jaalanna rabbi umuri keessan hadheereessu
@milkiichannel6350
@milkiichannel6350 3 жыл бұрын
Maashaallaah ustaaz rabbiin umrii keessan nuuf haa dheeressu Beekumsallee isiniif haa dabalu
@asiyaahuseenasiyaahuseen8774
@asiyaahuseenasiyaahuseen8774 3 жыл бұрын
Waa'aleeyikumu saallaahami warahamaatulaah wobaarakatuuh ustaazaa keenaa qali namaa raabii umurii dherituu issin haa keenuu
@gfffd4171
@gfffd4171 3 жыл бұрын
Walekum asalaam woramatulaah wobarakatuuh jalatamaa nama rabbiin nuu olitti isinii haa jalatuu💗💝💝
@bitisilam5921
@bitisilam5921 3 жыл бұрын
Walaalekuassalaam Worahamatullahi Wobarakaatu Uztaaz Rabbiin Isinirraa haa jaalatuu 🌺🌺🌺🌺🌺🌺❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹💕💕💕💕💕✅
@اسامهاسامه-ح4ز
@اسامهاسامه-ح4ز 3 жыл бұрын
yaa ustaz kenyaa rabbii isinii haa dheressuu
@fatmabukha3332
@fatmabukha3332 3 жыл бұрын
Mashaallaa Mashaallaa wwwwwwwwoooo mashaallaa rabin umrii keessani haa dheresu ishaallaa Amshir
@feyruzaabdalla1787
@feyruzaabdalla1787 3 жыл бұрын
Mashaa allah rabbiin isiin ira haa jalatuuh
@borkeefofficialhd8109
@borkeefofficialhd8109 3 жыл бұрын
Masha allah rabbi isiniraa ha jalatuu jzkl
@ziyaadmahamad7370
@ziyaadmahamad7370 3 жыл бұрын
Dhugaa Rabbii dubachuudhaf Haasofni ustaaz raayyaa akka damma natti miya.a
@afrahnasraddiin9591
@afrahnasraddiin9591 3 жыл бұрын
Maashaa Allaah Rabbiin umrii isin haa dheereysu
@madinaayano8863
@madinaayano8863 3 жыл бұрын
U/kenaa jalattamaa fi kabajamaa rabbii umurii keessaan nuu haa dherrssuu mashaa allah jzk👆👆👆👆👆
@mussaaabdulqaadir1450
@mussaaabdulqaadir1450 3 жыл бұрын
Dubbiin keessan kun naannoo Arsiif gorsaa gaaridha wollahi laziim maalif yoo jettan ammoo ijoolleen naannoo sanatti baay'ee rakkaatu.
@fayizailiyasomntube6977
@fayizailiyasomntube6977 3 жыл бұрын
Mashaa Allah rabbii umrii kessaani nuf haa dheeressuu
@midragenet2075
@midragenet2075 3 жыл бұрын
wooow raya ustaz you are going to silver play button
@tajuayub6992
@tajuayub6992 3 жыл бұрын
Rabbi umrii keessan keessa barakaa haa kaayu
@alfiyakadir7216
@alfiyakadir7216 3 жыл бұрын
Mashaa Allaah Tabarakallaah rabbii isinirraa haa jalatuu Ustaazunaa jzk
@fooziidaawuuddaawuud3243
@fooziidaawuuddaawuud3243 3 жыл бұрын
Masha'allaah Rabbiin isiin irraa haa jaalatu
@abumusa859
@abumusa859 3 жыл бұрын
Yaa ustaaz keenya rabbumti umrii keessan nuuf haa dheeressu
@zakirtube9692
@zakirtube9692 3 жыл бұрын
Hasawa ustaz rayyaa kanaa yomuman dhaggeffadhe qufaa❤️❤️❤️🙏👈
@ayishajimma8519
@ayishajimma8519 3 жыл бұрын
as w rab maashallah ustaza kenya nuuf jiradha 💞💞💞💞💞🌷
@uomarahmed2225
@uomarahmed2225 3 жыл бұрын
Ustaz keenya Raayyaa umrii nuuf dheeradhu
@mursalmusa897
@mursalmusa897 3 жыл бұрын
Mashallah ♥️♥️♥️ ustaaza keenya jannataan haa gammachiisu boru guyyaa aakiraa
@yuseebulchaa337
@yuseebulchaa337 3 жыл бұрын
Mashaa Alha rabbiin umuri keessan nuf hadheresu yaa #ustaazootta kenyaa
@yasaraibaarsilijifive5338
@yasaraibaarsilijifive5338 3 жыл бұрын
usutaza raayya rabi umuri kesana nufu ha dheresu😍💖
@istikamamuhammedistikamamu6596
@istikamamuhammedistikamamu6596 3 жыл бұрын
Rabbi Umrii kessaan nuf haa dheresuu
@አልተኖረልጁነትአለቀበሰደ
@አልተኖረልጁነትአለቀበሰደ 3 жыл бұрын
አዲሰነዉ ሰላየዉህ ደሰብሎኛል ራያየ አላህይጠብቃችሁ
@walloobaatteeff9124
@walloobaatteeff9124 3 жыл бұрын
Ustazotaa kenyaa umrii nuf dheraadha 😘😘😘 babbaa koo rayyaa bashashaa hawwaasa namii huddumaa sillaa akka kee tahes 😭😭😭
@hawagali8140
@hawagali8140 3 жыл бұрын
wlwrwb ustzaa koo akan isin jalladhuu😘😘😘😰rabinanaa oliti isin haa jalatuu😘😘😘😘😘rabin bulitibnuti naati haa ijaruu inshallaa
@zalikamohamed2318
@zalikamohamed2318 3 жыл бұрын
Waa'aaleykumasalam warahamatulaahi wabaraKatuhuu Aammiin WaLumaanuu ustaazunaa
@leyilaaaliyyii4124
@leyilaaaliyyii4124 3 жыл бұрын
Masha allaah tabark allaah dhugaa kesani
@oromogada6159
@oromogada6159 3 жыл бұрын
Mashallah rabbiin umurii sa dheresu
@oromogada6159
@oromogada6159 3 жыл бұрын
👍👂
@aslihaantaoromoo115
@aslihaantaoromoo115 3 жыл бұрын
Akkuma feetanii fi waanuma feetan yoo dubbattaan isinirraa bareedaa, Alhamdulillaahi rabbiti kan isin nuuf kennee.umrii keessan keessa barakaa nuuf haa kaayu .Aamiiin yaa rabbi!🤲💔💔💔
@saarabadersaudaarabiarayii9606
@saarabadersaudaarabiarayii9606 3 жыл бұрын
Umuuriii nuf dheraaadhaa yaa ustazaa koo
@أحمدالعولقي-ج9ط3ه
@أحمدالعولقي-ج9ط3ه 3 жыл бұрын
Maashaa rabbi umrii isin haa dheereessuu jzkr
@jimmajimma1083
@jimmajimma1083 3 жыл бұрын
Maasha allah tabaarak allah ustaaza keenya qaali Garuu ana waan na dhibe tokko jiraa innis yeroo intalli nikaa na hidha jettee abba ishetti himaattu akka waan abba ormaa wohiitti maallaqa ishe gaafata kun maalif ta'a me yoo ishen maallaqa hin galchinef nikaa tole jedhanii hin hidhanu ishen waan biyya hamba keessa jirtuf jecha akkas godhu osoo intalli kun heeruma dhabde mana keessatti haftee ni arrabsu jecha garagarattin mee ilaalchi kun akka dhaabbatu abbotii keenyaf gorsa nuf dhamaa ulaamoota keenya baarakallahu fikum
@zaharabintseyid1188
@zaharabintseyid1188 3 жыл бұрын
Mashallah nuuf jiradha jazakumullahu keyran
@naziifmohammmad3773
@naziifmohammmad3773 3 жыл бұрын
Rabiin umurii kesaan nuf hadheresuu ustaz kenyaa kabajaama
@amiyeshow4588
@amiyeshow4588 3 жыл бұрын
Nuuf jiraadhu Ustaaz keenyaa Qaalii
@አስቱናኒነኝ
@አስቱናኒነኝ 3 жыл бұрын
Raayyaa koo maastaawaqaa sadih(3)qofa galchite sirritti itt naqi haa lakkaahuu goota koo
@alhamdulillahforeverything9527
@alhamdulillahforeverything9527 3 жыл бұрын
Ustaz lubbu ko calan isiin jaladha wollahi rabbin umuri kesan nuuf haa dheresu qaro ija kenya
@samiradhebotudiin6627
@samiradhebotudiin6627 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuff ustazuna heddun rakkacha turee hardha naf sirate
@fungemucatiarsi4878
@fungemucatiarsi4878 3 жыл бұрын
Ustaza koo 😭 woly bily bayye issin jaladha 😘
@sirajmohammed4574
@sirajmohammed4574 3 жыл бұрын
Umrii dheeradhu ustaaz keenya🥰😍
@maryamq2477
@maryamq2477 3 жыл бұрын
Mashaa Allah baga Nagah dhufatan Utazaaa kenaa qalii Rabin isinira hajalatuu 💓💓💓👍😭😭😭
@kiimiyaahasaasa8615
@kiimiyaahasaasa8615 3 жыл бұрын
Rabbi isinirraa haa jaalatuu dubbii gabbaraa tana irratti jabeessaa yeroo hundaa dhiyaadhaa
@saarabadersaudaarabiarayii9606
@saarabadersaudaarabiarayii9606 3 жыл бұрын
Waleykumasal waramatullahii wabarkaatuu ustaazaa kenyaaa kabajamaa fii jaallataa maa
@ahmedezedin34
@ahmedezedin34 3 жыл бұрын
Masha Allah ustaz gorsa bareedduu dha galatooma
@deenvoice
@deenvoice 3 жыл бұрын
Ustaaz Raayyaa baayyee si jaallanna.Qophiilee nuuf dhiyyeessaa jirtus baayyee namatti tola garuu yeroo Qophii dhiyeessitu akka gaafataa taatee waan jirtuuf keessummootaaf carraa bal’aa kenni . Ati gaafataa waan taateef baayyee haasawuu hin qabdu, bakka kanatti sirreeffadhu jedha. JZK!
ergaa 10 zulhijjaatiin wal qabate.....
17:01
Raayyaa Abbaa maccaa official
Рет қаралды 22 М.
20 July 2021 kunis sagantaan bohaartiiti guyyaa Iida waan'eef itti bohaara!
27:44
Raayyaa Abbaa maccaa official
Рет қаралды 35 М.
Wait for it 😂
00:19
ILYA BORZOV
Рет қаралды 11 МЛН
ЗНАЛИ? ТОЛЬКО ОАЭ 🤫
00:13
Сам себе сушист
Рет қаралды 4 МЛН
Family Love #funny #sigma
00:16
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 36 МЛН
Nashiidaa afaan oromoo Daa'iwwan alaaf keeysaa @Najjaash Mohamme
13:57
Najjaash Mohmmad Ibraahim
Рет қаралды 465 М.
Akka Sahaabonni Nabiin itti Jaallatan Mee dhaggeeffadhaa Of Barbaadaa Manzuumaa 14ffaa
15:56
Raayyaa Abbaa maccaa official
Рет қаралды 114 М.
sagantaa Naannigaa 2ffaa sadarkaa ilma namaa beekuuf.....  26 June 2021
16:06
Raayyaa Abbaa maccaa official
Рет қаралды 32 М.
VILLA SOMALIYED WAA CUSUB BAA UU BARYAY 7 November 2024
28:02
SAY THIS 1 DUA ALLAH REMOVES ANY PAIN | Abu Bakr Zoud
19:03
Prevail Islam
Рет қаралды 8 М.
1 July 2021    kana beytuu laata ?dhaggeeffadhaame
32:20
Raayyaa Abbaa maccaa official
Рет қаралды 80 М.
Wait for it 😂
00:19
ILYA BORZOV
Рет қаралды 11 МЛН