Baga Nagayaan Gara Channel Roras Tube dhuftan Channel Roras Fiilmii Comedy.Oduu Diraamaafi qophiilee bashannansiisoo Ummata Africa Hunda biraan gahuuf Qophii xumuree jira kanaaf Subscribe godhuun Nu Hordofaa isiniin jenna
@madomadomadomado54144 жыл бұрын
Dhuga
@haliimamuhammadgalan87365 жыл бұрын
Jabadha seena oromoni biraa darbesi jabadha nuuni gahaa mee
@dasicaaffeeanannii43125 жыл бұрын
Akkana amiyyee jabadhu wana gudaa sira enaa akkanumatii ittii fufiii wana garidhaa 💐💐💐💐
@sadamabdoo96685 жыл бұрын
Roraas tub jabadhu Hoojii Bareeda itii jirtaa Amir shoo
@artstabdiitube27025 жыл бұрын
Yaa rooraas tube atis goda habashaan tutuqu hin feene tutuqu Katee kaalas si nanno diree dawa jiraatu atis dutii te gababdu maalif jennan namni quqaa oromoo bubuqasuu yaadu hundi umriin Isa ummata amaraa biratii ni gababata gaaru rabbin akka isaan ja an hin ju u isiin obsaatuma itti fufaa