Sababoota baatirii bilbilaa kessani akka dhumu godhan 🔟 battery bilbila kessanii akka turuu gochuuf

  Рет қаралды 33,010

Sof Umar App

Sof Umar App

Күн бұрын

Пікірлер: 94
@Gannat-t2l
@Gannat-t2l 2 ай бұрын
Baayyee baayye galatoomii Waaqayyoliin umrii dheeraa siif haa kenu nuuf jiraadhu 🎉🎉🎉🎉🎉
@imranramadan924
@imranramadan924 2 жыл бұрын
Mashalla mashalla tabarak all jabadhu qaali kenyaa
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Galaatomii sanyii ofii
@ifnaanmedia
@ifnaanmedia 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i obboleetti too yoo nuti Wal hin guddisin eentu nu guddisa
@Qumbiitube
@Qumbiitube 8 ай бұрын
❤Maashaa allah ❤ waan bareeduudha Baayyee Galatoomi
@NigussieFanega
@NigussieFanega 10 ай бұрын
Jabaadhu qaxalee oromoo abdii sabaa ijji hamtuun sin argin.
@tokkummaoromo6034
@tokkummaoromo6034 2 жыл бұрын
Sanyii koo jabadhuu heddu galatomi.
@DebeleAdugna
@DebeleAdugna 6 ай бұрын
Bay'ee natti tolee dhugaa guddaa galatoomma
@BaqalleeGadaa
@BaqalleeGadaa 10 ай бұрын
Umuurii keessaan gooftaan haa dheersuu❤❤❤❤❤❤❤❤
@mesrteurgaa122
@mesrteurgaa122 Жыл бұрын
Wwwuuu bayyee galatomii❤❤❤❤❤
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Thnks
@mesrteurgaa122
@mesrteurgaa122 Жыл бұрын
Gudaa gudaa galatomii dhugaa waqaa barumsaa baredaa siraa baranee jabadhuu ittii fufii❤❤❤❤❤❤
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Galatomii❤
@mengeimam5590
@mengeimam5590 2 жыл бұрын
App talku buufadhee credit 💯 ol qabaa garuu bilbbilachuuf naadidee ani Ethiopia keessa jiraa Ethiopia keessa bilbbilachuu dandda,aa?moo Biyyaa biraatii bilbbilachuu danda,aa akka itti bilbbiluun nuuf himaa
@OliverTesfaye
@OliverTesfaye 2 ай бұрын
Wow jabaadhu Leena koo
@ahmadshow7530
@ahmadshow7530 2 жыл бұрын
Jabadhu
@kamaruaman2228
@kamaruaman2228 8 ай бұрын
Mashallah
@ObsukaHabibi
@ObsukaHabibi 2 ай бұрын
Dhaka in ajesu power safing
@dawitlechisa7088
@dawitlechisa7088 2 жыл бұрын
Sof umar galatoomi wantoota baay'ee fayyadamne Amma immo bilbilli kenya bizii ykn hin socho'u yeroo wifa fi data fayyadamnu kanarratti vidiyo bareeda nuf hojjedhu nu gargarii!!
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Ifaa godhii gaffii kee bro
@dawitlechisa7088
@dawitlechisa7088 2 жыл бұрын
Bilbilli keenya yeroo wifa fi data fayyadamnu bizi ykn hin socho'u kanbira immo dukanesse ta'a yoo tuqnu hin socho'u.
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Bilbilaa kee update godhii vidiyoonis siif jiraa dawwadhuu
@rakanebaqanebaqanerakane5503
@rakanebaqanebaqanerakane5503 Жыл бұрын
Galatoomiii
@nurtube7837
@nurtube7837 Жыл бұрын
Wel come🎉🎉
@salehalovelove7035
@salehalovelove7035 Жыл бұрын
bayyee galatoomi
@oromumaandhigaakotti3422
@oromumaandhigaakotti3422 2 жыл бұрын
Wowowo Galatoomii 🥰 💖
@ifnaanmedia
@ifnaanmedia 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i obboleessa Koo yoo nuti Wal hin guddisin eentu nu guddisa
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Maal tahee??
@BBB-ng6pm
@BBB-ng6pm 7 ай бұрын
Nagaan mana kanaaf haa ta, u akkam jirta qaali Nama Maloo Ani harwa garuu mee gaafi tokko na deebisi oboleso vidoo keessan laaleen baay, ee natti tola mee Maloo akkamitti akkan play store haarwa gadi bufaadhu natti himuu hin dandeessu Maloo dhifama waliin
@Gaaddisaadheeressa
@Gaaddisaadheeressa 11 ай бұрын
Maaloo bilbili koo na arkkatti hoo a Jira furmata na immi
@hayatisobotuu7113
@hayatisobotuu7113 Жыл бұрын
As wa wr Mee barii kiyaa jowalaa kiyaa dhibaa hin gutuu 85 malee akamitii sirefadhaa❤❤❤❤
@dulamedia566
@dulamedia566 6 ай бұрын
mobile n koo Sam M31 dha Lock screen Alwas On Display kan jedhu on naaf ta'uu didee
@OmerJundi
@OmerJundi 3 ай бұрын
batiriin bilbillaa kiyaa 82% ollo hin taruu 100% hin gutuu malifii garuu
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 3 ай бұрын
Parstii 85 moo 82
@Oma-wm6xm
@Oma-wm6xm Жыл бұрын
Aswrwb sof Umar chain bilbila koo sa'aatii 10,12ti gadii naf hin gutuu maloo
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Ifa godhii gaffii kee
@abdulhalimjabal2910
@abdulhalimjabal2910 2 жыл бұрын
abdo ijmmaa irraa jabadhu rabbii sihaa gargaaru waan garii dha gaafiin qaba garuu as iirraati sigaafachuun naaf mijoofnee bilbila /emeelaa kee akmittin argadha?
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Telegraama irraatti @moheone jedhi naa dubbisii
@BillisaaNaasir
@BillisaaNaasir 2 ай бұрын
🎉🎉
@nuufmaleemaaftecno9679
@nuufmaleemaaftecno9679 2 жыл бұрын
Akkamitti suurafi vedio bade deffatuu rabbif jedhi naf himi
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Vidiyoo haarawan dhufaa naa egaa.
@udhush3381
@udhush3381 Ай бұрын
Addara bro mee akkatta dataa banamu dide itti banan naf imii waiting data ishe banani jawalla biraa irrati hidhatan sana jawaliko naf hin banu bakka banan yo jirate mee vido nadalagi bro addara
@Makah2143Makah-wq6fn
@Makah2143Makah-wq6fn Жыл бұрын
Akami maqaa telegimi jijjiruu dan.denyaa????
@Makah2143Makah-wq6fn
@Makah2143Makah-wq6fn Жыл бұрын
Telegiram maqaaa jijjira akkamiti
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Vidiyoo gababan naa egaa
@mnbn7102
@mnbn7102 2 жыл бұрын
Galatoomii
@ghr7652
@ghr7652 7 ай бұрын
Bilbila kiyya na harkaa lafa bu'e ifa ifu dide Yoo beeytan naaf himaa 😢
@MuaazAqadir
@MuaazAqadir 8 ай бұрын
Umriin haa dhertu
@sanyiiibulloosanyiileenjii4607
@sanyiiibulloosanyiileenjii4607 8 ай бұрын
Imo ko yoo namnii naf bilbile hin dhagahamu malif😢😢😢gare keesattii sagale hin dhagahuu😭😭😭
@burtukankafani3680
@burtukankafani3680 2 жыл бұрын
mee obboleessaa koo akkataa fb kiyyaa keessaa namnii in sennee barbadaa qulfii jechuudhaa naa imii
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Nama add sii godhuu moo
@AbdurahmaanIbraahim-sn2ez
@AbdurahmaanIbraahim-sn2ez Жыл бұрын
Woww Galatoomi
@NatheraN-c1l
@NatheraN-c1l 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@GanetBarecha
@GanetBarecha 11 ай бұрын
❤😊😊
@YusuraaKarruu
@YusuraaKarruu 3 ай бұрын
Well come to my, sof
@Misbaa-v6r
@Misbaa-v6r 2 ай бұрын
Galatoomi
@waqqayyotikkisekooti835
@waqqayyotikkisekooti835 2 жыл бұрын
Galataomi
@IbrahimAlyyi
@IbrahimAlyyi 9 ай бұрын
Thank you
@HamzaAhmad-f3p
@HamzaAhmad-f3p 2 ай бұрын
Hamza
@Alhamdulilayi
@Alhamdulilayi 4 ай бұрын
Wif. Akamiti app iraa fayadaman app akami
@fungatube2313
@fungatube2313 2 жыл бұрын
Galatomii garuu wan ati jetuu kanaa hundaa duraa iti gutee jiraa Gafii takkaa qofaa si qabaa mee jawalaa koo bayee ifaa
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Gaffii kee ifaa godhii
@getachewgalchu9712
@getachewgalchu9712 2 жыл бұрын
Baayy,ee gaarii abbaa biyya
@abbuuabbaba7734
@abbuuabbaba7734 11 ай бұрын
❤❤
@foziafozia9229
@foziafozia9229 Жыл бұрын
💕💕
@YassinMahammad-tb4be
@YassinMahammad-tb4be Жыл бұрын
Infinixy mobal top
@GanetBarecha
@GanetBarecha 11 ай бұрын
Hunda siresera
@ديراالبلوشي
@ديراالبلوشي 4 ай бұрын
1❤
@EliTube6
@EliTube6 2 жыл бұрын
Akkamitti Facebook locked ta'e Unlocked godhanna ID malee?
@ifnaanmedia
@ifnaanmedia 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i obboleessa Koo Koo yoo nuti Wal hin guddisin eentu nu guddisa
@ObseeGetachew7449
@ObseeGetachew7449 8 ай бұрын
Unlocked jedhu yoo sii fidee isuma xuqii siif sirrata ok
@weynishet7857
@weynishet7857 2 жыл бұрын
Gaalatoomi koddee
@kukeman7292
@kukeman7292 2 жыл бұрын
silki hot 10lite akkam gonna
@ifnaanmedia
@ifnaanmedia 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i obboleessa Koo yoo nuti Wal hin guddisin eentu nu guddisa
@BURTEELIBIYE
@BURTEELIBIYE 11 ай бұрын
Galatomii bro
@dammeeburqaajaalalaa8553
@dammeeburqaajaalalaa8553 2 жыл бұрын
Galatoomi sirreeffadhe ani
@TajuuShamshadin
@TajuuShamshadin Жыл бұрын
Datan maliif mallaqqa fixxa
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Ok vidiyoo gabaabaan naa egii
@TarikuKoromi
@TarikuKoromi 8 ай бұрын
Jiraadhu
@SuudiiKadiir-rg4dp
@SuudiiKadiir-rg4dp Ай бұрын
Anihadhufu
@mustomahmed519
@mustomahmed519 2 жыл бұрын
Galtomi nufi jiradhu
@ifnaanmedia
@ifnaanmedia 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i obboleessa Koo yoo nuti Wal hin guddisin eentu nu guddisa
@DirribaYaadategudeta
@DirribaYaadategudeta 3 ай бұрын
Hy
@kazinaqader1068
@kazinaqader1068 2 жыл бұрын
Oke aw wr wb
@ifnaanmedia
@ifnaanmedia 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i obboleetti Koo yoo nuti Wal hin guddisin eentu nu guddisa
@galmakotobo
@galmakotobo 11 ай бұрын
sory kompitarii hoo
@AbdurahmaanIbraahim-sn2ez
@AbdurahmaanIbraahim-sn2ez Жыл бұрын
Hjujgi
@wallaggakoo92
@wallaggakoo92 Жыл бұрын
Galatomi sanyiiko
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
thnks
@Birraa-v3p
@Birraa-v3p 4 ай бұрын
Akkam nagadha akkamitin password wif
@ShalloKasim
@ShalloKasim 3 ай бұрын
Gudda galaatomii hayyu koo
@CaaliObsa
@CaaliObsa Жыл бұрын
Maatii.naa.taaii
@MahamadAbraham-br6qs
@MahamadAbraham-br6qs 2 ай бұрын
Jabadhu
How Strong Is Tape?
00:24
Stokes Twins
Рет қаралды 96 МЛН
Support each other🤝
00:31
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 81 МЛН
Akkata Bilbiila Networkiin Dadhabaa Ta'e Itti Sirreesan
4:44
Abdul App
Рет қаралды 47 М.
Akkata Email Bilbiila Irra Bade Itti Argatan
8:11
Abdul App
Рет қаралды 39 М.
Akkata Bilbiila Charjii Dafee Fixu itti Sirreessan
8:07
Abdul App
Рет қаралды 66 М.
Akkata Bilbiila Memory Guute Isin Rakkise itti Qulquleesan
8:53
Furmaata Bilbilaa Baatirii Dafee Fixuu | Save Mobile Battery |
5:11