Sabrina Jamal Ajandaa biraa fiddee dhufteetti🙋

  Рет қаралды 13,239

Dharraa Tube

Dharraa Tube

Күн бұрын

Пікірлер: 53
@KasimAbdella-p2m
@KasimAbdella-p2m 5 күн бұрын
Hedduu nama dhibda.jaalalaa fi oromoo waa naan gootu maltuu fide.tuni artistii kabajaa saba isheetif bakka him qabne
@MammeBisir
@MammeBisir 12 минут бұрын
Namaa gadisissiia😂😂😂😂😂😂😂
@KemalAbiye-m4c
@KemalAbiye-m4c 11 сағат бұрын
Sabrina.kan.jechaa.jirutu.kun.sirr.jettee♥️♥️♥️💚♥️👌👌
@nuretaju8488
@nuretaju8488 4 күн бұрын
Ayyii oromoo rabbi qalbii isiniif haakennu
@IbsaBayan-c9r
@IbsaBayan-c9r 6 күн бұрын
Dachas nihu hin argatuu harkaa 💯 isatuu Sira qalidhaa gizee akanaa godhatuu kana an siraahin qanfadhee
@oromiaoromo-uo3rl
@oromiaoromo-uo3rl 5 күн бұрын
yeroo itti oromoon waan meeqaan miidhamaa jiru keessatti isin like fi follow argachuuf miidiyaa irraa gurra nu duuchitu. harroota nan.
@TakeEthiotube
@TakeEthiotube 5 күн бұрын
Jaalalti waan nama hin goone hin qabdu dachaas maalif quba itti qabdan qoy lammii koo!!!!
@TakeEthiotube
@TakeEthiotube 5 күн бұрын
Dhugaa dubbachuuf Sabrinaan nama bilchaata akka ta'e hubadheen jira.
@yaayyaaadaam
@yaayyaaadaam 6 күн бұрын
ifiin bakka tan geesse Oromodhan bakkatana dhufte Oromo hin tuftiin garuu onnee tettu sii butee
@BeyanMichael
@BeyanMichael Күн бұрын
Jasbaa mucaan kuniifi ati dachii fi samiidha san beekuu qabdaa mucaan sammuu sirra qaba baayyee si caala gama artiitiin
@JamaalAnas
@JamaalAnas 8 күн бұрын
Maasha Allahaa jabadhu takka of duba sin deebisin
@KemalAbiye-m4c
@KemalAbiye-m4c 11 сағат бұрын
Dhugadha.namani.dhugaa.dubbatu.hin.jirru❤♥️💚♥️🤌
@oromiaoromo-uo3rl
@oromiaoromo-uo3rl 5 күн бұрын
ani gaaffii Sabbriinaaf gaaffii qaba. inni maal yoo jette, erga atis shira hin yaadne erga ta'ee maaliif miidiyaatti dhiyaattee mucaa maaf gammachiifte. hundi kee iyyuu kashalabboota.
@MuradMurad-t3f
@MuradMurad-t3f 10 күн бұрын
Cadhiisii ajandaa jijjiiri.kana irra deddeebitee yaada akka waan guddaati ajandaa namaaf hin uumin.hundaaf deebii hin laatin. haasaa akkasiitiif yoo fedha qabaatte malee.
@UmerHussen-r1i
@UmerHussen-r1i 7 күн бұрын
Jarana nasraa gursuum taa jettan tuun Maali issin Gabba maraa maa batti issi fana hin demina hadhoo Sheyxana Maali tun
@AbbaasMomad
@AbbaasMomad 8 күн бұрын
Jalalti dhugaa girawandin ibsama
@MimiSheroba
@MimiSheroba 10 күн бұрын
Sabariyee atii hiin ariin sabarii homatii mitii
@JamaalAnas
@JamaalAnas 8 күн бұрын
Namni namaan wan jadhu hin dhabu sabriii
@mamin-i1p
@mamin-i1p 6 күн бұрын
hibaadhuu bilchinaan
@AbdulkarimShumbura
@AbdulkarimShumbura 9 күн бұрын
Abo oduun ummata dantaa isaanitti jetee itti hin dhiftu midiyaa kijibaa irraa butee hojjii kee qofa hin hojjatu
@HusseinIbrahim-l9h
@HusseinIbrahim-l9h 8 күн бұрын
Namaa dhugaa hin jirruu
@BilalDahir-my5dq
@BilalDahir-my5dq 6 күн бұрын
Burqa galatomi❤❤❤❤
@AbdulkarimShumbura
@AbdulkarimShumbura 9 күн бұрын
Anii sii ajjibaa jiraa abbaa fedhee wan feedhe haa afufuu itti hin dhistuu micayoo osoo anii sii ta'ee guraa kiyyaa irratti lee otummaa iyyaanii hin dhagahuu tolee itti dhisii calii jedhii lalii wan atti itti dhiphaate jettef malee hommaa miti usii ilalii itti dhisii yoo nama sammu qabu tatee addunyan akkanummaa
@Mandofuchero
@Mandofuchero 9 күн бұрын
Maal midiyaa irrarii dhiiyatee qofaa
@MikiiTasfayee
@MikiiTasfayee 6 күн бұрын
Dhuga ketii qashxii namaa
@NesruNasir-z4j
@NesruNasir-z4j 9 күн бұрын
Sabrina dhugaan sitti himaa mucaan kun baayyee sijaallata yoo sif galeef hiriiyaan kee tokko tokkoo sitti hinaafuf malee Nama akka kanati aarsaa guddaa sif kaffalee jiru maalif hin hubanne adaraa yaa obboletti
@NasruSalaam-f5o
@NasruSalaam-f5o 8 күн бұрын
Nasrusalam 1:19
@AbdulkarimShumbura
@AbdulkarimShumbura 9 күн бұрын
Wocaa akkanaa kan anaa caala kan argee hin jiruu yoo atti idoo hin kenin wantii dhufuu hin jiruu
@Abdishafi-z1d
@Abdishafi-z1d 41 минут бұрын
Sabriinan ummata oromotinnakuttaniinaaqiccanjechuundogongoradhiifamagaafachuuqabdii//
@HusseinIbrahim-l9h
@HusseinIbrahim-l9h 8 күн бұрын
Atii enyuu yuu hin caltuu dachas garuu nama dhufatii issaa tauu beekii
@MohammedHussenMohammed-q6w
@MohammedHussenMohammed-q6w 7 күн бұрын
Aniis siin jaaladha
@HusseinIbrahim-l9h
@HusseinIbrahim-l9h 8 күн бұрын
Garuu sabarinaa dachas harkaa dhiibaa meqaa sii calaa kanafuu atii namaa siii jalatee siif arssaa meeqaa kafalu issaa qofaa beekii
@MURADKADIR-r2x
@MURADKADIR-r2x 7 күн бұрын
Yaa sabriina ati Carraa qabda ka nami akka dachaa si jaalate wlh garuu booddeen kee akka nasaratti dulloomte hafta
@aabs771
@aabs771 2 сағат бұрын
Wanti akan si arsuu maan. Oromon wan naa goot inqabduun manjechu ? But sabrina what you have to know is table turns. One things you have to know is that this guy is more talented than you. Neglecting this guy is a form of encouraging him. You'll see tomorrow he wll going to be most important person in the oromo music industry.
@AbdisaHussein-q8l
@AbdisaHussein-q8l 9 күн бұрын
Soo hoyesa yo tana jalchu hn qabu jechudha abbo of ajesaa
@mamin-i1p
@mamin-i1p 6 күн бұрын
sabriina dubbisi ani keessuumaa haaradha siifis soshaal miidiyaadhaafis tolchii hubadhu
@FetalaHumnesaHumnesa
@FetalaHumnesaHumnesa 10 күн бұрын
Atti nama meeqaa gaaruu ?
@HamzaMohammed-fj5cq
@HamzaMohammed-fj5cq 9 күн бұрын
@DuriiAbdii-s1q
@DuriiAbdii-s1q 6 күн бұрын
Namaa jalatee hin beknee jalachuun sori
@MamiyoTusiyo-i7y
@MamiyoTusiyo-i7y 9 күн бұрын
Mucaan yeroo isheen wal argan akka dura haasawaa ture san hanqachuun isaa fedhii jaalalaa qabaachuu naa shakkisiisee maaliifuu namni jalalaan qabamee tkko yoo nama argee ibsachuu hin qabuu turee? Dubbii kiiloo kaasuu hin dandeennettii kiiloo kennuun maaliif barbaachisee abbaan rakkoo kanaa ammas jaartii dullattii Nasriyaa ofiin jettu san eeggadhaa isheen Qoree dhoqqee keessaa isheen dhiirsaa ofii hiiktee maaliif carraa nama biras itti qoostii? Sheeyxanni guddaan akka ilaalee argetti ishee dhaeeggadha.Mee waa'ee Midiyaa Boqqoolloo kan jettuu san maaliif dhaamsa koo dhumaa iyyitee kan iyya labsaa jiruu jaartiima san eeggadhaa,
@EbrahimHasen-c7j
@EbrahimHasen-c7j 6 күн бұрын
Maloo muccaa maliif marraachita
@AliiMahammad-v1b
@AliiMahammad-v1b 2 күн бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂
@Arega-xz3hl
@Arega-xz3hl 8 күн бұрын
Anis
@MuradAhamad-c5n
@MuradAhamad-c5n 10 күн бұрын
1
@Ibsa-s6q
@Ibsa-s6q 10 күн бұрын
Kunii maqaa isii xurresudhaa
@HowMacha-z3h
@HowMacha-z3h 7 күн бұрын
😂😂😂😂😂😅😅😅
@Nasir123-dv5cl
@Nasir123-dv5cl 8 күн бұрын
Irraa sihaa dahasforaa.tattee.akkana.mitti
@HamzaMohammed-fj5cq
@HamzaMohammed-fj5cq 9 күн бұрын
Anu sin jaladha
@CheikhoMohaned
@CheikhoMohaned 8 күн бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@dechasa4034
@dechasa4034 8 күн бұрын
Uummanni Oromoo nuuf haa hubatuu kan jettuu, ati muummicha ministeeraa of seetemoo? maali nu galcheekaa jaalattee dhiistee. amm
@Salaaleetube
@Salaaleetube 8 күн бұрын
😅
@MuradAhamad-c5n
@MuradAhamad-c5n 10 күн бұрын
1111
@ZamzamaMahammad
@ZamzamaMahammad 4 күн бұрын
😂😂😂😅😅😅
Sabrina fi Dachaas
15:32
NASER 5G
Рет қаралды 2,2 М.
Yeroo Jaalalaa
25:00
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 131 М.
Tuna 🍣 ​⁠@patrickzeinali ​⁠@ChefRush
00:48
albert_cancook
Рет қаралды 148 МЛН
coco在求救? #小丑 #天使 #shorts
00:29
好人小丑
Рет қаралды 120 МЛН
She made herself an ear of corn from his marmalade candies🌽🌽🌽
00:38
Valja & Maxim Family
Рет қаралды 18 МЛН
new oromoo music gubaa jalalaa
12:53
Tuulama Oromoo
Рет қаралды 1 М.
ForX "Bilbilaan Wal garre" Art. Sabriinaa Jamaal #Keessummaa Forx
16:37
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 122 М.
shafie ayar live debate
1:53:04
پیروان شفیع عیار
Рет қаралды 4,1 М.
Yakkii koo Dachaa Sabriina Jamaal
4:38
Direwood
Рет қаралды 2,8 МЛН
AFARTANKII (40) QISO OO UGU SAAMEYNTA BADNAA_2022 iyo 2023_ SHEIKH MUSTAFA.
3:26:03
IFTIN BROTHERS STUDIO
Рет қаралды 2,5 МЛН
Tuna 🍣 ​⁠@patrickzeinali ​⁠@ChefRush
00:48
albert_cancook
Рет қаралды 148 МЛН