❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️😍🎶🎶🎤🎤wawoo waqaayyoo siin haa ebisuu ebbifamaa dachaa dachan ijolee gooftaa
@kefastube90843 жыл бұрын
Waaqayyoo isin ha eebbiisu, bayyee namaatti tola dhugaa. Waan akkaasi saba keenya keessatti arguun bayyeema nama bonsaa eebbifama. ful durii keenya ifa jadhaa. Asiis maatii tanee wal ha jajjabesinu
Hubata beeka jalataama nuuf jiraadhu asoo waqayyoo kana caalati si haa ebbisu ebbaf tai🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤
@bontugirma98803 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuuffffffffff eebifamii dachaan waaqayyoo ammalee nama galaa isinii haa taasiisuu😍😍😍😍❤❤❤❤
@bekelukitela67483 жыл бұрын
Waaqayyo sin haa eebbisu aayyanasaa dachaa siniif haa dabalu 👏👏👏👏👏📖📖📖📖📖📖📖💜💜💜💜💜💜
@DeepBibleStories3 жыл бұрын
Congratulations! God bless you for all work you do!
@gelanalemiofficial28503 жыл бұрын
Waaqayyo bara baraan isin haa eebbisu.Obboleessa keenya ,Asee ,Waaqayyo dachaa dachaa si haa eebbisu,Ogeeyyota Faarfannaa Afaan Oromoo keessatti hojii gaarii kanaaf gumaachitan ,gatiin keessan jireenya bara baraa isiniif haa ta'u❤❤❤❤
@gizawbekele39783 жыл бұрын
Waaqayyoon bara jireenya keessani ha eebbisu.Barrii jireenya keessanii kallattii hundanu mana waaqayyoo keessatti kan dhumu isiniif haa ta'uu Ebbifamaa
❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤Oromo, Oromiaa children's are beautiful in & out 😍 jebadaa lenchotee keenaa jebadaa jejebotaa keenaa jebadaa!! Grace full 🙏 voice God bless you Oromo, Oromiaa people's
@gamachumalka3 жыл бұрын
Kun tarkaanfii guddaa dha,kana caalaas tarkaanfachuun ni danda'ama. Congratulations #WakjiraTube
@dhalootaifaamedia3 жыл бұрын
Gooftaan si haa eebbisu #Wakjiratube waan hujaa jirtuuf.
@dnkjesusislorddnk11303 жыл бұрын
Woow baay'ee namatti tola èebbifamaa jabaadha dhaloota waaqayyoo kun fakkeenyaa gaariidha itti fufa. Ulfinni isaa waaqayyoof haata'u