Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 7

  Рет қаралды 119,154

Yegna

Yegna

4 жыл бұрын

Haannaan fedhii taphattuu kubbaa miilaa ta’uuf qabdu akka dhugoomu warra ishee kadhachuu hin dhiifne. Ni heeyyamuufii laata? Loomii fi Tsaggaan baandicha walitti qabuuf yaalii gochaa jiru. Alam hanga ammaatti waan tasgabboofte hin fakkaattu. Gama biraatiin Fiqir dallansuu ishee dhiistee gara baandichaatti ni deebitii laata?
Subscribe: bit.ly/2wPney7
Connect with Yegna
Facebook: / yegna
Instagram: / yegna_official
Listen to the entire Yegna MUSIC: bit.ly/2gyZ4Sw
Listen to the entire Yegna DRAMA: bit.ly/2xB8Hph
Yegna is a multi-product brand rooted in Ethiopian culture and established to inspire positive changes for girls. The brand - and the media products that sit within it - challenge the way people think about girls and the way girls think of themselves.
የኛ የኢትዮጵያ ባህል ላይ መሰረት ያደረገ የሙዚቃ፣ የድራማ እና የቶክ ሾው ፕሮግራም ሲሆን ማህበረሰቡ ስለ ሴት ልጆች ያላቸውን እንዲሁም ሴት ልጆች ስለ እራሳቸው ያላቸውን አስተሳሰብ እንዲፈትሹ የሚያደርግ ሚዲያ ነው
አዲስ ቪዲዮዎቻችንን ለማግኘት ሰብስክራይብ አድርጉ: bit.ly/2wPney7
ተጨማሪ ክፍሎችን ያዳምጡ: bit.ly/2xB8Hph
የየኛን ሙዚቃ ያዳምጡ: bit.ly/2gyZ4Sw
ከ Yegna ጋር ይገናኙ:
Facebook: / yegna
እንኳን ወደ የኛ ዩ ቱዩብ ገፃችን እንካን ደህና መጣችሁ!
የ’የኛ’ ቤተሰብን ለመቀላቀል ገፃችንን ሰብስክራይብ በማድረግ በየጊዜው ስለሚወጡ እና ከዚህም በፊት በነበሩን ሙዚቃዎችን፣ የቲቪ እና የሬዲዮ ፕሮግራሞችን ላይ አዲስ መረጃ ማግኘት ትችላላችሁ፡፡
እኛም በፕሮግራማችን ላይ ያላችሁን አስተያየት ከእናንተ መስማት እንፈልጋለን፡፡
ገፃችን ሁላችንም እኩል የምንሳተፍበት እና መልካም የሆኑ ሃሳቦችን የምናንሸራሸርበት ሆኖ እንዲቀጥል እነዚህን ቀላል መመሪያዎች እንከተል
• ስለየኛ ያላችሁን ሃሳብ ሳትቆጥቡ ሁሌም ቢሆን አካፍሉን፤
• ይህ መድረክ ሁላችንም በነፃነት የምንወያይበት እንዲሆን የምንፅፋቸው ነገሮች የሌሎችን ሃሳብ የሚያከብር መሆኑን አረጋግጡ፤
• በገፃችን ላይ የምታቀርቡትን ሃሳብ ወይም አስተያየት በደስታ እናስተናግዳለን! ነገር ግን ገፃችን ገንቢ ነገሮችን የምናገኝበት ሆኖ እንዲቀጥል ሰዎችን የሚያጥላላ፣ ጥቃትን የሚሰነዝር ወይም የስድብ ይዘት ያላቸውን አስተያየቶች በፍጥነት እናወርዳለን፤
• ልብ በሉ! ሃሳባችሁን በምታካፍሉበት ጊዜ ለብዙ ሰዎች የሚደርስ በመሆኑ ማንነታችሁን እና የግል መረጃዎቻችሁን የማይገልፅ መሆኑን አረጋግጡ፤
• የገፃችን ዋነኛው እሴት መከባበር ነውና በተሳትፏችሁ ሁሉ መከባበርን መሰረት ባደረገ መልኩ ይሁን፤
• ለሌሎች መልስ ከመስጠታችሁ በፊት የመልሳችሁ ይዘት የሌሎችን ስሜት የማይጎዳ ወይም በምንም አይነት ሁኔታ ስጋት ላይ የማይጥል መሆኑን አረጋግጡ፤
• በ’የኛ’ ማህበራዊ ገፅ ላይ የየኛ ያልሆኑ የምርት ወይም የአገልግሎት ማስታወቂያዎችን አንደግፍም፤ በሚገኙበትም ጊዜ በፍጥነት እናወርዳለን፡፡
የ’የኛ’ ዩ ቱዩብ ገፅ ሁላችንም በነፃነት የምንወያይበት የማህበራዊ ድህረገፅ ለማድረግ እንዚህን መርሆች የሚጥሱ ነገሮቸ ካሉ ወዲያውኑ እናወርዳቸዋለን! እናንተም ከየኛ ጋር ስለሆናችሁ በቅድሚያ ልናመሰግናችሁ እንወዳለን፡፡
YEGNA IS FOR ALL OF US!!
Dear viewers,
We are excited to hear what you think about 'Yegna.' We want this to be a welcoming space for you , so feel free to express yourself. For this space to remain welcoming and open to all we need your help to keep it that way. This is your community. Feel free to speak up and tell us what you think or report anything wrong or inappropriate you see on this platform. You can write a comment or email us at ethiopia@girleffect.org or join us on our Yegna Facebook Page.
We can all keep 'Yegna' youtube page positive in the following ways:
- Help defend others. If you feel that users are being treated badly or others are being mean spirited. Report harassment and bullying of others. This is the best way to show that bad behavior will not be tolerated so offenders can be banned.
- Respect others by not using bad, rude or offensive language. Sexually explicit, obscene or offensive language is not allowed and spam and advertising will be removed immediately.
Keep yourself safe. Do not give out your personal information. Never tell people:
- your real name (make up a nickname)
- your age,
- your address,
- the name of your school,
- your email address or phone number, or
- any financial information or passwords.
Avoid meeting up with people you meet online. but if you do meet up make sure that you have an adult or your parent or guardian with you. If you are under 18 years old please make sure to get permission from your parent or guardian to visit 'Yegna' KZbin so you can visit under an adult’s supervision.
#Yegna

Пікірлер: 191
@gretchentomas700
@gretchentomas700 4 жыл бұрын
Barumsa gudaa qaba garuu Afan oromoo qofaa so gotaan Afan lama dubatuu kami dhagefana ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gadisezewadu7506
@gadisezewadu7506 Жыл бұрын
sah dhuga jette
@almewako6613
@almewako6613 4 жыл бұрын
Isaa kami dhageefane kami dhiifnare lamanu wali keessa maktan🙄🙄🤔🤩
@saraaljasmi3522
@saraaljasmi3522 4 жыл бұрын
😊😂😂😂😂😂😂😂
@dibabafita7643
@dibabafita7643 4 жыл бұрын
Rakkoo hin qabu,afaan qofa ilaalu hin qabnu erga qofan gahadha
@chellereyes1012
@chellereyes1012 4 жыл бұрын
😁😁😁😁😀@😀😀
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii ko
@user-nm4pq4yc3u
@user-nm4pq4yc3u 2 ай бұрын
😮😮😂😂😂
@fkrtube9969
@fkrtube9969 4 жыл бұрын
Nuuf jiraadha lubbuwankoo ስወዳቹ የኔ ውዶች ኑሩልኝ
@qweasd339
@qweasd339 4 жыл бұрын
Iboo sagaale maalidhaa kuni Affaan tokkon hin hojotanuu icci🙆
@masartajman5517
@masartajman5517 4 жыл бұрын
wwww bagaa naganii dhuftanii bayyee namatii tolaa jabadhaa jajabewanii kooo bayyee isnii jalana 😍😍😍😍😍
@batuubatuu8329
@batuubatuu8329 Жыл бұрын
Bayee namat Tolaa Jabadhaa❤❤❤😭
@waqaayoogaridha4901
@waqaayoogaridha4901 3 жыл бұрын
Uuuufffee bayee namatii tolaa nu jabadha oromookoo😍
@burutukanshawaa7320
@burutukanshawaa7320 4 жыл бұрын
itii fufaa barmusaa gudaa qabaa ❤❤❤❤❤❤❤👍👍🙏 ውድድድድድድድድድድድድድድድ
@ifa2645
@ifa2645 Жыл бұрын
Wowow akkam namatti toltan dhugaa ijollee qaalii jireenya irra dabarre nu yaadachiftan dhugaa kuni seenuma jiruudha. Waa'ee dhiifama Tsaggaarratti baay'e gammade ifin kolfe dhugaa an🥰😂😂😍😍🙏
@sabontuuoromiyaa5141
@sabontuuoromiyaa5141 Жыл бұрын
Barumsaa heedduu qabaa garuu bakkaa Hayilee barsisaa biraa deemee santuu kolfaa du'ee 😍🥰🥰🥰 jabadhaa
@laliiwallaggaa5899
@laliiwallaggaa5899 4 жыл бұрын
Maalidha ammamoo isa akkamituu eegalee wal makaa 🙆🙆💚💚
@fiirehiwetamente425
@fiirehiwetamente425 2 жыл бұрын
Duuranu kenya mitiim🤣🤣
@hosaenhosaen6814
@hosaenhosaen6814 4 жыл бұрын
Ijaraa hafaa
@burtukaanb3734
@burtukaanb3734 3 жыл бұрын
Ijoolee abdii boruu nuf jabadha garuu sagaalee keessaan waal makaa sirreessaa kessattu hanna fi hayilee baayy'ee namatti toltuu hundaa keessanu sin jaalana
@rahimashjamaltudg9433
@rahimashjamaltudg9433 4 жыл бұрын
Kan afani amaratin hojatame gara afani oromoti jijirame wani ta'efi like gochun gargara
@fayaasanyiioromo8732
@fayaasanyiioromo8732 4 жыл бұрын
Rahima qali kzbin.info/door/CCxFUN8XJacip3ZkAcfg2Q subscribe naa godhaa qali please 🌻🙏🌷
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
@betibest7194
@betibest7194 4 жыл бұрын
Wow nati tola jabadha
@abujiyet9107
@abujiyet9107 4 жыл бұрын
Kana booda turjumaana afaan amaaraa kana jalaa awwaalaa ka dhageeffannuu walii wallaallee
@etopyjan8189
@etopyjan8189 Жыл бұрын
Afaan waal kesaa maalif maktan garu Namati tola Afaan oromoo bicha oso tahe waya 🥰🥰🥰🥀🥀
@hanajesus6660
@hanajesus6660 2 жыл бұрын
Garruu bayee garidhaa
@aayyuutube2457
@aayyuutube2457 4 жыл бұрын
Nuf jiradha qomo wwan koo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️👍👍👍👍
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii koo
@nejatsanyihacee9782
@nejatsanyihacee9782 4 жыл бұрын
Hana❤️❤️❤️❤️
@dibabafita7643
@dibabafita7643 4 жыл бұрын
Jabadha baay'ee bareedha!!
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii ko
@alamituugiree2461
@alamituugiree2461 4 жыл бұрын
(A) Ammanuu qabaa owwowowowowowowowowowowwowwoo Jabadhaa
@nihangalata2643
@nihangalata2643 4 жыл бұрын
Baga Nagan dhuftanii
@metiolkebeba4914
@metiolkebeba4914 4 жыл бұрын
Akka yadaati saagalee sireessuu hin dagaatiinaa!!!
@qalkdan8458
@qalkdan8458 4 жыл бұрын
Uuuuuffffff bayyee namati tolitani dhuga rabi Garu afaan lama wali keesa maku balesitan bayyee hin dhagechisu
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko ❤️
@qweasd339
@qweasd339 4 жыл бұрын
Affaan oromotiin siin irraa baredaa turee
@mucatiiarsii9977
@mucatiiarsii9977 3 жыл бұрын
Amarifaa mo oromifaa dhagefanaa🤔😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@obseenegaayesus1713
@obseenegaayesus1713 4 жыл бұрын
Heddu Namatti Toltu Jabadhaa
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii
@helenmalow9083
@helenmalow9083 4 жыл бұрын
አደኛ
@salimqaasim3462
@salimqaasim3462 4 жыл бұрын
Afaaan wal argachiisuu yoo hin dandeenne dhiisuu isiniif wayya
@warqiiyoutubewarqii6544
@warqiiyoutubewarqii6544 4 жыл бұрын
A ) amanuu qabaa 👍👍👍👍
@xaahirwaliyyii
@xaahirwaliyyii Жыл бұрын
Aafaan 1qofaa woyaa
@burtukankununsa2627
@burtukankununsa2627 4 жыл бұрын
Garu baye bareda afani lama mafi gotare ykn oromifa ykn amarifa hin ta'ani nu galu dide
@mucaakakuu1867
@mucaakakuu1867 4 жыл бұрын
Gariidha garuu afaan lamaan namatii hin toluu
@metiolkebeba4914
@metiolkebeba4914 4 жыл бұрын
Afaan oromootti hiikuun keessan baayee namatti toltuu jabaadhaa waa gudda irra baraadharee
@eyasudesta1341
@eyasudesta1341 3 жыл бұрын
WOw...wow...
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii ko
@gadisezewadu7506
@gadisezewadu7506 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤
@MakkhaMakkha-hm2wi
@MakkhaMakkha-hm2wi Ай бұрын
Isiin jaladhaa❤❤❤
@Foziye1308
@Foziye1308 Жыл бұрын
Garuu diramani kesani heeduu namati tolaa afanumaa oromoo qofaa nufi godhaa maloo
@cwz5985
@cwz5985 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@imaantuahimed2438
@imaantuahimed2438 3 жыл бұрын
Waan garii godhe tsaggaleen heeduu miskina intalati
@abdallaashow3410
@abdallaashow3410 3 жыл бұрын
Bayye bayyee namati tolee seenan kuni bayyee galatomaa
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko ❤️
@josephsaade8505
@josephsaade8505 4 жыл бұрын
Edduu namati tollaa 🌹🌹🌹🌹🌹
@remedanaliyi7909
@remedanaliyi7909 Жыл бұрын
Hiikkaan akka duraa yoo ta'e bareedaadha! Sagaleen amhaariffaa cinaa jiraachuu qabu yeroo hiikkamu!! የአማረኝ ስላአለ ናው ላያብች!!
@hanajesus6660
@hanajesus6660 2 жыл бұрын
Sagalee siresaa
@ekramyoutube7839
@ekramyoutube7839 3 жыл бұрын
💔💟
@sweetyphone2546
@sweetyphone2546 4 ай бұрын
Bayeen nama gamachisa jajabewan koo garuu afaan oroomo duwaa tasisa kaa😅😅
@asaliisheekooasalii1154
@asaliisheekooasalii1154 4 жыл бұрын
Garuu galatomaa
@hintub
@hintub 3 жыл бұрын
Isa kan dhagefana tish
@wallooshow1815
@wallooshow1815 Жыл бұрын
Adaan Hojjadhaa Sagaleen Qulqullina Qabuu
@urjiiarsiisanyiijawarmuham8090
@urjiiarsiisanyiijawarmuham8090 4 жыл бұрын
Maa woli keessaa baxabaxani ree
@ayantufayisaa9332
@ayantufayisaa9332 4 жыл бұрын
Malii silaa walii kesaa matanii kamii dhagenyaa re kanii amarifaa dura dhagenyee oromifanii iti nufi fufaa namatii hni toluu🙄🤔
@SaraSara-ot4zt
@SaraSara-ot4zt 4 жыл бұрын
Bayee garidh garu waalkesa taee male baarumisa gudaa qabaa isin jaladha
@faxeejamal6156
@faxeejamal6156 4 жыл бұрын
😍😍
@oroko6384
@oroko6384 4 жыл бұрын
(A) Amanu qaba
@seennaaseennaa3411
@seennaaseennaa3411 4 жыл бұрын
wwwowww jabadhaa ittii fuufaa qomoo koo ❤❤👍
@alfiyaabentiarazaqiialfiya5596
@alfiyaabentiarazaqiialfiya5596 4 жыл бұрын
.
@wayoowayyolamiikoocell6830
@wayoowayyolamiikoocell6830 3 жыл бұрын
Dhifama dhifamaaaaaaaaa😳😳😳😳😳😳😳😁😁😁😁
@saadu7901
@saadu7901 Жыл бұрын
Maafii Afaani lamaani hoaataani ykn oromifaa ykn ammarifaani goodhaa malee 😥
@hawiiyusuf2138
@hawiiyusuf2138 4 жыл бұрын
galatoma afaan oromoon nuf dalagu keysaniif
@jemskazeyad8375
@jemskazeyad8375 3 жыл бұрын
Ani afaan oromoo hedduun jaaladha natti tola garuu filmiin amaariffadha mo akkami oromoo dha jedhen wal falmaa jira namaan
@abdiitanabuuteabdiitanabuu6450
@abdiitanabuuteabdiitanabuu6450 4 жыл бұрын
Maa wal keessa laayxan sila abboo
@abdallaashow3410
@abdallaashow3410 3 жыл бұрын
Mirgaa Afan hundaa eguu keessanifi bayyee galatomaa
@user-rx8kp9lh2p
@user-rx8kp9lh2p 3 ай бұрын
Isaa kamii dhageefaanree
@user-ki9ln6jg9d
@user-ki9ln6jg9d 4 жыл бұрын
Bayee namatii toltani
@LolOaswrwb
@LolOaswrwb 2 жыл бұрын
A. Amanuuqa
@salwaajib1219
@salwaajib1219 4 жыл бұрын
A/A tin dura hojjetanitu maalif walitti maktanre hundufuu gariidha itti fufa
@hamzaqasimhassan8058
@hamzaqasimhassan8058 4 жыл бұрын
dhifamaa diramsn kun afaan oromo tii moo afaan ammaratii
@hamzaqasimhassan8058
@hamzaqasimhassan8058 4 жыл бұрын
afaan oromootiin hin sirbamuu
@ekramyoutube7839
@ekramyoutube7839 3 жыл бұрын
❤💕✋💖😷
@azinashube249
@azinashube249 4 жыл бұрын
Baay'ee namatti toltu
@nihangalata2643
@nihangalata2643 4 жыл бұрын
Malif afaan hin qulqulesinee maloo siresakaa afaan
@asaliisheekooasalii1154
@asaliisheekooasalii1154 4 жыл бұрын
Afanii oromoo qulquluu hasayaa ufii kaminii dhagefanaa
@user-ln7vu1uo4y
@user-ln7vu1uo4y 20 күн бұрын
Sagaleen wol iraati worabamee please
@hawiiyusuf2138
@hawiiyusuf2138 4 жыл бұрын
kuni wal kessa heddu namatti hin tolu
@zalikabati1286
@zalikabati1286 Жыл бұрын
Dogoggora cimaa qabdaan maalif Afaan lamaan dubaatan😢
@abebechgezu8012
@abebechgezu8012 4 жыл бұрын
Warabbiin sagalee kessanii sirrii mitii sirresuf yalaa mee
@gghddsh3012
@gghddsh3012 2 жыл бұрын
Kkkkkkkkk Bayer nati tolee
@wudegetachew6124
@wudegetachew6124 4 жыл бұрын
A amanu qabaa
@baayiseeararsaa6210
@baayiseeararsaa6210 4 жыл бұрын
Bay'ee namati tolutu
@laliseoromia1863
@laliseoromia1863 4 жыл бұрын
Ere yedebrali
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
@user-nm4pq4yc3u
@user-nm4pq4yc3u 2 ай бұрын
maal jechuudhaa kun 😂😂😂😂Afaan lamaa😂😂
@firaoldefera5895
@firaoldefera5895 4 жыл бұрын
Dawitii tsagaa dhifamaa gafachuu ketifi garidhaa garuu eyee namni soba dubbatuu yomiyuu hin kabajamuu garuu atii karaa garitii debitee jiraa galatomii dawiti
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii qalii
@jiraayesuus5547
@jiraayesuus5547 4 жыл бұрын
Gara afaan oromooti nuu hikuun keessan baareda ta'eti garu mal goodha kaa wal makee adda nuuf baasa dhifaama wajjin
@sabotuumusilimaadxb8409
@sabotuumusilimaadxb8409 4 жыл бұрын
Anaa dhufuu matii diramaa hudee anaa har'dhaa diraman kessan natii tolee malifii amarifaa fi afan oromoo wolii kessaa odesituu
@fayaasanyiioromo8732
@fayaasanyiioromo8732 4 жыл бұрын
Sabontuu qali kzbin.info/door/CCxFUN8XJacip3ZkAcfg2Q subscribe naa godhaa qali please 🌻🙏🌷
@arabyb3254
@arabyb3254 4 жыл бұрын
Wol keessa jira bayye namtti hin tolu
@direeoromiyaa7156
@direeoromiyaa7156 4 жыл бұрын
A Amanu qaba
@MashoMasho999
@MashoMasho999 2 ай бұрын
Maali kun afaan wolitti naqan 😂😂😂😂
@baayiseeararsaa6210
@baayiseeararsaa6210 4 жыл бұрын
A
@opsieopsie7162
@opsieopsie7162 4 жыл бұрын
A dha
@iftuunajaa9081
@iftuunajaa9081 4 жыл бұрын
Walkesamaka maaliga
@user-uc6ux7sf9k
@user-uc6ux7sf9k 4 жыл бұрын
Warabii sagale irati xiqo adan turusisu yala. Afan lamaninu wali bira hojatanu baredadha barumusa guda qaba itii fufa
@bamudmuhamad410
@bamudmuhamad410 4 жыл бұрын
Iditeri sagalee sirri miti
@sameraabdulla5342
@sameraabdulla5342 4 жыл бұрын
Hasa'aa qulquleesaa malii baxabaxaan? Galatomaa🤘
@genagena1723
@genagena1723 4 жыл бұрын
Wwwwoooo jabadha sin jalanna
@esmelosmanosman5160
@esmelosmanosman5160 2 жыл бұрын
Afaan ormoo
@nanechaworkena6337
@nanechaworkena6337 Жыл бұрын
Maaloo afaan osoo Wali jala maakuu batani baayyee Misha ture maalif settan quulquluma akka qabatuf
@ililliiumamaa5210
@ililliiumamaa5210 3 жыл бұрын
🅰
@sahmaha556
@sahmaha556 Жыл бұрын
Jaabadha qaaliwan kenya
@marwaadamethiopia3344
@marwaadamethiopia3344 Жыл бұрын
I don’t understand because two languages at the same time
@lalatulala9676
@lalatulala9676 4 жыл бұрын
Afaan lamanuu wal faana hin dhiyesina nama rakkisa dhagefachunsaa😨😒😒
@mamalove43
@mamalove43 4 жыл бұрын
Bayye baredadha diraman kun bayyee namati tolaa
@fayaasanyiioromo8732
@fayaasanyiioromo8732 4 жыл бұрын
Mama love kzbin.info/door/CCxFUN8XJacip3ZkAcfg2Q subscribe naa godhaa qali please 🛎️🙏
@aregashhizgel1763
@aregashhizgel1763 4 жыл бұрын
🤨🤨🤨😏😏🤔🤔🙈
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 8
46:09
Yegna
Рет қаралды 82 М.
Seenaa dhugaa filmii Afaan oromo
1:17:59
oromia news tube
Рет қаралды 197 М.
Clowns abuse children#Short #Officer Rabbit #angel
00:51
兔子警官
Рет қаралды 75 МЛН
Happy 4th of July 😂
00:12
Alyssa's Ways
Рет қаралды 68 МЛН
Cool Items! New Gadgets, Smart Appliances 🌟 By 123 GO! House
00:18
123 GO! HOUSE
Рет қаралды 17 МЛН
39kgのガリガリが踊る絵文字ダンス/39kg boney emoji dance#dance #ダンス #にんげんっていいな
00:16
💀Skeleton Ninja🥷【にんげんっていいなチャンネル】
Рет қаралды 8 МЛН
ሩታ የእርግዝናውን መልስ ሰጠች.አብርሽ ደስተኛ ሆነ🙈❤️
21:46
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 9
46:04
Yegna
Рет қаралды 157 М.
maal akkam bareeda gaa'ila gooftaan ebbisu ሠርጌ ነው ዛሬ (part-2)
5:09
Lawangel Eninka Media
Рет қаралды 4,1 М.
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 5, Kutaa 15
31:52
Yegna
Рет қаралды 11 М.
Ibsaa fi Raachuun Maakirratti walqaban Tapha Jaalala kutaa 9ffaa
23:56
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 4
44:26
Yegna
Рет қаралды 198 М.
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 10
49:26
Yegna
Рет қаралды 128 М.
Что делать ЕСЛИ у  Вас Живёт Монстр?
0:36
ИЗЮМЕР
Рет қаралды 2,9 МЛН
Задержи дыхание дольше всех!
0:42
Аришнев
Рет қаралды 2,4 МЛН
ВОДА В СОЛО
0:20
⚡️КАН АНДРЕЙ⚡️
Рет қаралды 25 МЛН