Iciin abbaa qabdi waaqayyo dhiifama siifaa godhu ati nama nagaadhaa?ofii fayyi maqaa yesusiin
@ayyaantuuayyaantuu48262 жыл бұрын
Sofia ati diina qajeelumaatii? Yoo akkas ta'e fayyi
@sofiasifan24982 жыл бұрын
@@ayyaantuuayyaantuu4826 dubbin afani qofan oso tane ijaf hojin sif gala animma lammaffa olii dalachuun fayyera durssati ulffinn saba fi kan waqayyo ittin ibssamu adda basii sera egun motumma namaa galchuu jechun kee immo wan hin ollem yona
@ayyaantuuayyaantuu48262 жыл бұрын
@@sofiasifan2498 hhhhhhhhh tole fayyiteetta taanaan gaariidha;garuu namni fayyaan jecha hamilee dhalootaa cabsu dubbata osoo hin taane kan caba sana deebisee fayyisu dubbata akkas jedhee dubbata phawuloo ergaasaa warra galaatiyaaf gaafa barreessu galaatiyaa 6:1 yaa obboloota koo namni tokko utuu itti hin yaadiin cubbuu kamittillee yoo kufe,isin warri hafuuraan gaggeeffamtanii jiraattan,hafuura garraamummaatiin akka isaa duriitti deebisaa! Garuu isinumti iyyuu akka hin qoramnetti of eeggadhaa! 2 ba'aa walii baadhaa!akkasittis seera kristoosiin raawwattu jedha:- soo atimmoo qooda kana gochuu qabdu jecha hin barbaachisne dubbatta burqaa tokko keessaa bishaan gosti lama hin yaa'u jedha macaafni keenya kana jechuun wayiin booruu, wayiin carii ta'uu qaba.borumaafiyyuu namni tokko yoo dogoggore gorsii deebisuu yaali malee jecha hamilee nama cabsu hin dubbatiin nuyi warri dhiiga yesusiin bitamne warra mudaa walirratti lakkaa'ee wal arrabsu miti sagaleen waaqayyoos kana nuuf hin eeyyamne.ba'aa walii baadhaa,isa dadhabe jabeessaa,isa wallaale barsiisaa,isa dogoggore gorsaa jedha jaalala waliif qabaadhaa,ana fakkaadhaa,anarraa baradhaa anoo garraamiidha jedha wal qoccoluu dhiisaa jedha xuraa'ummaaf halalummaan,jibbi,oftuulummaan isinirraa haa fagaatu jedha because isa yesus nurraa barbaadu taanee haa argamnu god blessed you!