SIINAN FIILMII AFAAN OROMOO HAARAA 2023

  Рет қаралды 935,548

Olbirat entertainment

Olbirat entertainment

Күн бұрын

Пікірлер: 1 000
@ObsaMegerssa
@ObsaMegerssa Жыл бұрын
Bareedaadha garuu xumuurasaarratti xiqoo badee sababnisaas dhugaan ba'ee seraaf dhiyaachu qaba ture darbeesiimmoo jiraachuu malti Sinan badiishe malee gidiraan kuun hundi irra ga'e waan ta'eef. Jabaadhaa
@shaltoonaser3220
@shaltoonaser3220 Жыл бұрын
Akkasiiti ittii dadhaabani hojjeetan layikin hin Xinatee mali ijoolee oromo essaa jirtuu❤❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please shaltoo ko
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo hadhoko mati naf taime
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo hadhoko mati naf taime
@SiraajKadiir-lf9tt
@SiraajKadiir-lf9tt 10 ай бұрын
❤❤❤
@OromoOromo-f6j
@OromoOromo-f6j 10 ай бұрын
Taka isiini kenun hin tahu saababa na gafachu dadesa
@bedasaadisu5455
@bedasaadisu5455 Жыл бұрын
Wooooow, jecha nama dhabsiisa. Qulqullinaa diraamichaa, ergaa isaa.....!! Afaan keenyan wanti akkas sadarkaa isaa eeggate hojjatamuun isaa na boonsera. Jabaadhaa!! Waaqayyoon guyyaa nuuf fideera. Waaqayyoon dhimma keenya hundumaa gaaf tokko nuuf sirreessa!! Afaan kaleessa dubbachuuf nama qaanessuun har'a..... 🙏
@SofiTube-l2y
@SofiTube-l2y Жыл бұрын
Waan dhugaa ta'ee dhugaa rabbi jabadhaa itti fuffa barumasa bareddafi hawatama filmiti oso lallee hin qufiin kama dhume argge filmmi Qali oromo qabdu keessa issa tokki jedhe fudhaa bayyee isiin jadhaa nuuf jiradhaa haga filmi Amarra lallaa tuure amma waan foyya ta'ee tokkoo argachuu keenaafi nu worooni dawatotta filmi bayyee gamanne ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤nuuf jiradhaa bayyee nama hawata
@obsenew8895
@obsenew8895 Жыл бұрын
Itti fufa film akkasi afaan oromoo Kanatti, nu hojechu keessani heddu gammade jira🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 itti fufa maloo😢😢
@Olbiratentartainment1540
@Olbiratentartainment1540 Жыл бұрын
guyyaa lama keessatti subscribe 1k arganneerra galatoomaa Daawwattanii osoo subscribe hin godhin hin darbinaa please! Share, subscribe like gochuun nu faana dhaabadhaa
@CALII_Academy
@CALII_Academy Жыл бұрын
Ammalle waan guddaa isiin irraa eegnaa ..........jabaadhaa qomookoo😍😍😍😍😍😍
@Olbiratentartainment1540
@Olbiratentartainment1540 Жыл бұрын
@@CALII_Academy galatoomi
@bashatube2045
@bashatube2045 Жыл бұрын
Ok isinii cinaa jiraa jabadhaa ittii fufaa
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo hadhoko mati naf taime
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo hadhoko mati naf taime
@Huze748
@Huze748 9 ай бұрын
Wel come to back
@SableeMurun
@SableeMurun 5 ай бұрын
Digaga
@NatananArarsa
@NatananArarsa 3 ай бұрын
Bayyee.si.jalldha😢😮😅😊❤
@kiratube141
@kiratube141 Жыл бұрын
Mee akka koo warri imimman sin qabu😢 Another level of oromic film I love it 🙏
@Firoimad1
@Firoimad1 5 ай бұрын
SarDama Film dawwadhu
@kooketi7326
@kooketi7326 3 ай бұрын
Anii wolahi naaoli fi siinoo seena jaara naboochise wol jaalatani kaahani woldhabu jaaratu nabochise 😭😭😭
@binigirma-j5s
@binigirma-j5s Жыл бұрын
sadarkaa kanarra geehera aartin keenya jechuudha 🙏🙏💪💪💪💪💪#galoo🥰😍🥰😍🥰😍🥰
@MurreUnscripted
@MurreUnscripted Жыл бұрын
Wowww oromoo tiyya akkuma Music Diraamaaniis Sadarkaa qabachuu qabna. Jabaadhaa!!
@fariida282
@fariida282 Жыл бұрын
wow amazing Fiilmiin gosa kanaa dhuguma fiilmii dinqisiifamuu qabuudha Baay'een si jaalladha itti fufaa ijoollee oromo jaabadha❤❤🥰
@freegemedanasru8741
@freegemedanasru8741 Жыл бұрын
👍 💘😻💜💛💚🧡💘😻👍👍 jiraadhaa Down Down jedhaa film naafxanyaatiin Maaloo itti nuu fuufaa Madaa koo naa fayyistan ani kana hojjachuu sammuu koo amansiisee itti jiraa Naa ulfaadhaa itti fuufaa Film kana beeksisa irratti namoonni ilaaltan hundi irraatti hojjadhaa Uuuuuuupppppppppppppphhhhh!!!!!!! Like 👍👍👍👍
@anawerdine6472
@anawerdine6472 Жыл бұрын
Baay'ee isin jaalannaa jabaadhaa Afaan keenya haa guddatu,isin faana jirraa ❤❤❤❤ Thanks a lot I love you all...❤❤❤❤
@lamesachuluketube
@lamesachuluketube Жыл бұрын
I watched the film and loved it. I am very happy to see such a film made in Oromo. Please keep making quality films for us✅
@ayubaabdu334
@ayubaabdu334 Жыл бұрын
Uuuuuffff onnee nama cabsa I saw 😭😭😭
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo hadhoko mati naf taime adara
@simbotube8876
@simbotube8876 Жыл бұрын
Maaloo akkam nama jeeqaa😭
@saboontuuArsii-i5x
@saboontuuArsii-i5x Жыл бұрын
😢
@belyanjemalbelyanjemal-6550
@belyanjemalbelyanjemal-6550 Жыл бұрын
Ijoolle jabaadhaa bakka isiniif malutti of argaa bakka nuuf malun nugahaa amaanaa artii oromo amaanaa qabeenya oromoo isinitti kennineerra waan qabnuun walbira jirra nutwaliif qabeenya humna anniisalleeti
@abushbayera
@abushbayera Жыл бұрын
Woooooooow Bayyee filmii gaaridhaa seena guuddaa Kan qabudhaa Artii Oromoo bayyee bakkaa guuddaa ga'ee Arginee hin beeknuu turree ammaa garuu hojii bayyee bonsaadhaa jabadhaa❤
@eyerusbirahanu9208
@eyerusbirahanu9208 Жыл бұрын
Wowo filmi afan oromo hundaa keessa kun tokkoffadha❤❤❤❤❤❤❤❤
@TurungooYouTube
@TurungooYouTube Жыл бұрын
Wow bayye,ee barredda jabadha garuu mada namatti kasa ani film kan ilalee imimman qabachuu dadhabe mada koo nan xuqee
@asladdiinabduqaadir6968
@asladdiinabduqaadir6968 Жыл бұрын
Hamma yoom soodaree jannee afaan bannee laalaa oolla Jabaadhaa artin keenya sadarkaa kararra gahuun ❤
@Ibsaneg
@Ibsaneg Жыл бұрын
Dhugaa dubbachuuf mucaan Siinan taatee hojjette baay'ee dandeessi🥰
@anawerdine6472
@anawerdine6472 Жыл бұрын
Filmii afaan oromoo kana laaluu nan jaaladha garuu dhumnisaa yeroo mara gaddumaadha. Maaliif hin fooyyeesitan laata Filmii nu gammachiisu hojjedhaa malee Maaaaaloooooooo
@abiotdibaba4860
@abiotdibaba4860 Жыл бұрын
Wow wow new era for afan oromoo film. All oromo people must stand with such like artist to develop the afan oromo film industry.
@temesgenbusha9381
@temesgenbusha9381 Жыл бұрын
😊
@temesgenbusha9381
@temesgenbusha9381 Жыл бұрын
😊
@AmmuAmmaa-td9ts
@AmmuAmmaa-td9ts Жыл бұрын
Bayye namati tola walahii😢😢😢😭😭 Naol na bachise
@alemmimi9275
@alemmimi9275 Жыл бұрын
WOW Oromoo koo Bayee Namati Tola Ergaa Gudda qabaa 💖💖🙏
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo hadhoko mati naf taime
@hanigirma4738
@hanigirma4738 Жыл бұрын
Fiilmii garuu jireenya nama hedduu kan ibsuu wol hubachuu ykn immoo wol dhageefachu dhabuun akkassumas wonta nutti akka salphaatti raawwanu balbala nama meqaa cufuu akka danda'uu kan nutti agarsiisu 😢kun fiilmii qofaa osoo hin tanee ergaa guddaa of keessa qaba 🔥 anyway guddaa galatoomaa 🙏 fiilmiin afaan oromoo haala kanaan dalagamu arguu caala homtuu nama hin gammachisu kana caala akka itti fuftaan abdii guddaa isiin irraa qabnaa jabaadha 🙏🥰🥰
@ibsaterefe
@ibsaterefe Жыл бұрын
Bayyee bayyee filmii namati toludhaa jabadhaa garuu rara'ee hafee maloo parti hafe itti nuuf yaadaa🙏 filmii afaan oromoo kan bayyee na dinqisise kanaadhaa❤❤❤
@kooketi7326
@kooketi7326 3 ай бұрын
Aniis parti itii aanu nuf fiida jeecha jiirani itii nuuf iyaa maalo
@qananiiofficials7722
@qananiiofficials7722 Жыл бұрын
Dhugaa dubbachuuf fiilmii Afaan Oromoo haala bareedaa akka kanaan hojjettame hin argine. Ergaa guddaa kan qabuudha! Jabaadhaa! Kana caalaa waan guddaa isin irraa eegna!
@ayantutucho1072
@ayantutucho1072 Жыл бұрын
I really like and proud of you guys to do this kind of Afan Oromo film keep it UP!
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo mati naf taime adara
@naolee2730
@naolee2730 Жыл бұрын
​@@obsaadugna3364 very j
@naolee2730
@naolee2730 Жыл бұрын
​@@obsaadugna3364WB
@kennakeet596
@kennakeet596 Жыл бұрын
Baayyee nama gaddisiisa garuu kan hubaateef baruumsa guddaadha ijoolleen keessatti hirmattaani itti dadhaabdaani nuf qopheessiitaani hunduu galatooma qaqqaaliiwwaan oroomo jabaadha itti fufa....
@nobeltamiru
@nobeltamiru Жыл бұрын
Baayyee jaalladheera ergaa guddaa fiilmii qabuudhaa. Well done! Keep it up. Forever OROMO🥰🥰
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please nobel ko
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo hadhoko mati naf taime
@tomorrowkids-gv3be
@tomorrowkids-gv3be Жыл бұрын
Fiilmii baayyee namatti toluudha dhugaa.beeksisatu irratti balinaan hin hojjetamneef malee fiilmii daawwataa baayyee aragatuudha! Jabaadha!❤️❤️
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo mati naf taime adara
@edenmelkamu4570
@edenmelkamu4570 Жыл бұрын
So heart touching movie. Sinan 😢 Appreciate you guys, Good job 👏👏👏😇 1ffaa dha as always 👏👏😇😇❤️
@Sisay-r6t
@Sisay-r6t Ай бұрын
Bay,ee bareedaa jabadhaa hundaa kessan siin jallanaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@DanieTadele
@DanieTadele Жыл бұрын
Mee warri filmii kana jalatgan like godha❤❤❤
@SolomeTefera
@SolomeTefera Жыл бұрын
Wow fiilmii ajaa'ibaati dhugaa jaabadha ijoollee qaaliwwaan keenyaa
@obseatube1719
@obseatube1719 Жыл бұрын
Wow really like and proud of guys keep it Up! Osoon ilaalee hin quufiin na jalaa dhume 😢 kan kana caalu isinirraa eegna qaxaleewwan keenya❤
@abdurahmansharifabasimbo7466
@abdurahmansharifabasimbo7466 Жыл бұрын
Baay'ee bareeda itti fufaa hanga dulloomtanitti waan haaraas nama fuula haaraa itti dabalaa🎉🎉 dhaamsa lakkoofsa gabatee konkolaataa keessanii irra cararii godhaa dhoksaa
@Thechooseclip
@Thechooseclip Жыл бұрын
Thank you guys, amazing film keep it up pls
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo hadhoko mati naf taime adara
@abdiboruamsalu7704
@abdiboruamsalu7704 Жыл бұрын
Fiilmii bayyee namatti tolu. Jabaadhaa, kan biraas nuuf dabalaa..
@daanielmulugeta3648
@daanielmulugeta3648 Жыл бұрын
Kana bqa isa warri habashaa nutti lettemtu mitii❤❤❤❤❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please daaniel koo
@margafikadu7975
@margafikadu7975 Жыл бұрын
Dhugaadha fiilmiin Afaan Oromoo daandii guddinaa isa guddaa qabatee jira. eebbifamaa ammallee.
@iyasuzelalem3752
@iyasuzelalem3752 Жыл бұрын
Jabaadha ❤❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo hadhoko mati naf taime
@temesgenregassa
@temesgenregassa Жыл бұрын
Ishoo! Ijoollee keenyaa baay'ee namatti tola. Jabaadhaa.
@miserms4091
@miserms4091 Жыл бұрын
Wow Film afaan Oromoo yeroo jalqabafi ilale fixee wow wow❤
@tamattamary4654
@tamattamary4654 Жыл бұрын
Baayee namatti tola dhugaa jabaadhaa ijoollee oromoo itti nuuf fufaa adaraa
@oromiyaabiyyako7727
@oromiyaabiyyako7727 Жыл бұрын
Omg I really liked it 😊
@fikrudesalegn9808
@fikrudesalegn9808 Жыл бұрын
Dhugaadha filmii afaan oromoo akkasittii fooyya'ee arguun nama gammachiisa.
@milkootube30
@milkootube30 Жыл бұрын
Jaalladheera, natti toleera jechuuf jechatu na hanqata!❤ Galatoomaa ❤❤ isinan jaalladha🙏🙏🙏🙏
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo mati naf taime
@Wankooshow
@Wankooshow Жыл бұрын
Dansaadha. Continue more language..... Jajjabaadha. ijoollee oromoo hunduu qomoo kooti isin jaaladha.🎉❤
@iyasumilkias8952
@iyasumilkias8952 Жыл бұрын
Really Pround of you all guys. keep it up.
@Gadisa-uq8de
@Gadisa-uq8de 10 ай бұрын
Dhugaa ifaa koo atii nama jabadhaa amayuu jabadhuu uuuuffff akamitii sii ibsuu lataa
@afranqallooentertainment
@afranqallooentertainment Жыл бұрын
I watched this movies and I loved it. Well done! Keep it up, it's a good work. Dhugaa dubbachuuf hojii keessan taphoota (Comedi) kanaan dura hojjechaa turtaniis dawwachaan ture, ammaas dawwachaan jira, fuul-durallee nan daawwadha. Namoota jajjaboo dandeettii qaban akka taataniis nan beeka. Hojii kanaan dura hojjechaa turtanirra inni ammaa kun adda akka ta'ee fi isa duraarra akka ulfaatuus nan beeka, garuu saba keenya ni boonsa jadheetan amana. Haala kanaan itti fufnaan wanta guddaa hojjetan jadheen abdadha. Baay'een isin jaaladha, jabaadha!!❤🙏
@kennaaraabbiidsqq9513
@kennaaraabbiidsqq9513 Жыл бұрын
Bayyee namatii tolaa dhugaa jabadhaa ittii fufaa
@ililietefa2973
@ililietefa2973 Жыл бұрын
Very well done, keep up the good work guys!🎉
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo hadhoko mati naf taime
@Mamman-f6b
@Mamman-f6b Жыл бұрын
🎉
@KAKUHAARANETHIOPIAYears
@KAKUHAARANETHIOPIAYears Жыл бұрын
#kuni jalqaba gaariidhaa gaaruu jajjabadha waan uumaticha madaluu daaraan barsiisuu irratii haaxiyefatmuu.ammas #AWESOME good job!
@YididiyaAsfawu
@YididiyaAsfawu Жыл бұрын
Baay'ee namaste tola jabbadha
@bontufeyisa
@bontufeyisa Жыл бұрын
Filmii Aja'ibaa itti nuuf fufaa qaaliiwwaan koo❤❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please bontu koo
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please bontu
@bontufeyisa
@bontufeyisa Жыл бұрын
@@biliseetube2622 atis maati naaf ta'i
@beckey15md-._
@beckey15md-._ Жыл бұрын
This movie deserves award What a nice movie i like it keep on this type of oromo movies.
@meskeremregasa7434
@meskeremregasa7434 Жыл бұрын
Wawoo jabaadha qaxaleewwaan kenyaa My Oro❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please meske ko
@MetiAyele-o3l
@MetiAyele-o3l Жыл бұрын
Dhugaa dubbachuuf filmi baayee aja'ibaati barumsa guddaa kan qabudha jaabadhaa dhalonni mul'ata kana qaban in jabaatu OROMOO❤❤❤❤❤
@SaladiinUsmail
@SaladiinUsmail 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@samueldereje7425
@samueldereje7425 Жыл бұрын
Wow baayyee gaariidhaa jabaadhaa itti fufaa artii oromoo waliin haa guddifnun jedha
@danielalemu584
@danielalemu584 Жыл бұрын
Proud of all guys❤ I love all oromo people ❤️
@derejekenea134
@derejekenea134 Жыл бұрын
Fiilmiin kun baay'ee gaariidha. garuu namoonni rakkina keessa darbanii gaarummaa akka argan, obsaan waan hundumaa keessa darbanii jireenyaa gaarii akka jiraataan osoo ta'ee dhumni fiilmii kanaa gaarii ture. Namoonni namootaa hamootaan dhugaa osoo qabanii akkasitti seenaan isaanii bada taanaan namootni rakkina akkasi keessa jiraatan abdii maalii qaburee? akka yaadaa kooti osoo Siinaaniifi jaalalleen ishee rakkina sana keessa darbanii jireenya isaanii itti fufaniiruu ta'e abdii namatti hora ture. yeroon akkas jedhu hojii keessan gaarii miti jechuu koo miti dhugaa baayyee ajaayibaa!! ergaa guddaa fi fiilmii baayyee nama hawwatudha.
@mohamedabshir7884
@mohamedabshir7884 Жыл бұрын
This film looks good but i have not understood any word I humbly request to make English subtitel Make your films from Oromo to the world Greatings from Somalia
@proggenius2024
@proggenius2024 Жыл бұрын
I couldn't agree more!
@dejenegadissie1871
@dejenegadissie1871 Жыл бұрын
GREAT IDEA,BRO
@GadyBGutu
@GadyBGutu 10 ай бұрын
❌ ❌ Dhuunfatti taatotaa Siinan irrati hirmaatan baayyeen Jaalladha akkasumaas baayyeen dinqisifadha... Filmii sinan irratti Garu ergaa maali dabarsuu akka barbaaddan tasa na galuu hin dandeenyee... kalattiman waan isiinin jechu barbaadu Iskriiptii kana baayyee dadhabaa fi Sadarkaa dhaloota bara kana waajjiin kan hin deemnedha... Harkii gadda, Bo'icha, Maratumaa, Gadhiisumma barreessuu maalif waan gaarii bareessu dadhabee ..... Ammallee taatotaaf dhuunfaatti Dinqisifannaf Jaalalaa guddaan isiinif qaba ..Garu Fiilmii kana irratti Dandeetti keessan arguu hin dandeenyee..... yaada Dhuunfa kooti👍
@metiid6750
@metiid6750 Жыл бұрын
Proud of you guys 😍😍😍
@DinqeeAlamayyoo
@DinqeeAlamayyoo Жыл бұрын
Seenaa garaa nm nyaatudha dhugaa uuuuffff waanuma dhugaa jiruudhamo dhugaa
@burakano9896
@burakano9896 Жыл бұрын
AMEZING AND HISTORICAL WORK .THANKS ALL PERSON PARTICIPATE IN THIS FILM.
@Arabee-v7r
@Arabee-v7r Жыл бұрын
Wowwwww Amezing film dhugaa eregaa gudaa qabaa jabadhaa💯💯🙏🙏😭😭😭😭😭😭
@gutemakasim3932
@gutemakasim3932 Жыл бұрын
It,s a very interesting drama and it teaches a lot
@warqaaleem
@warqaaleem Жыл бұрын
Jalqabaree baayema na hin kakasnee ergaani gidduu gahee garuu immimani qabachun dadhabee hiriyani akkasi wan na mudatee bekkufi 😢😢😢😢😢 baayen jalladhe filmimii sennaa baayee qabudhaa
@GadaAbera-b3u
@GadaAbera-b3u Жыл бұрын
Filmii ajaa’ibaa, dhugaa Baay’een itti gammede nuu jiraadhaa! hundi keessan tatota ajaa’ibati❤ view, like, share fi comment xiqqachuu isaa ilaaltani duubatti hin deebi’ina, sin jaalanna nuuf jabaadhaa❤❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please gada koo
@GadaAbera-b3u
@GadaAbera-b3u Жыл бұрын
Hayyee
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo hadhoko mati naf taime
@MBWarjii2ffaaSad1ffaa
@MBWarjii2ffaaSad1ffaa 4 ай бұрын
Xumurri jaargocha fiilmii kana baay'ee kan nama gaddisiisudha. Waan gaariin xumuramuu qaba ture. Yoo xiqqaate Siinan fayyitee,Naa'olii wajjiin osoo wal fuudhanii ,akka yaada kootti gaariidhan jedha.
@kooketi7326
@kooketi7326 3 ай бұрын
Dhugaa keeti wollahi aniis kaanumaa yaanikkoo osoon lakkofsa jaara qabadhe itiin hiima Kaanuma qoofan raarahe dhabate maaloo nuuti tollee dhumaa siino tifii numaa naaol Arguufen fiilmii hundaa laalee fiilmii kaana bayyee gaara nanyaate baayyeemoo namaati toola siinof naaol maalo woliti deebihu qaabu Arguu feena pls oromookoo😭😭😭😭
@obsaabaalee8021
@obsaabaalee8021 Жыл бұрын
Proud of you guys 😢❤
@walootub5353
@walootub5353 Жыл бұрын
Haamileen kiyya illeen wa siniif dabaluu baatulleen nuuf galatooma,jiraadha. Jabaadha jabaatan jabaa ta'uu.
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please Abraham koo
@hundeelias3170
@hundeelias3170 Жыл бұрын
The father of economy is Geresu Duki....ha ha
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын
Akka jaalaa waa sirraa hafnee harkii ittisaa Geejjibni yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa
@tilahun6
@tilahun6 Жыл бұрын
The ending should have been different. She should have been survived and went to prison and he should have took revenge on the school director and teacher. Hat off to the guy with unique voice. He did keep the movie interesting
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo mati naf taime adara
@burteediriba9486
@burteediriba9486 Жыл бұрын
Dhugaa jabadha bayee namati tolaa aka aqaba tii
@anwarabdulmalik-kh3gd
@anwarabdulmalik-kh3gd Жыл бұрын
We are really proud of you guys❤
@abditakele351
@abditakele351 Жыл бұрын
Maal jechuudha? sabni kun fiilmii bareeda akkasiis hojjeechu jalqabeeyii! wow jabaadha waan sabicha madaaludha.
@hundeelias3170
@hundeelias3170 Жыл бұрын
Thank you all! For your great contribution.
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Жыл бұрын
Malo hadhoko mati naf taime adara
@tesfaaadanyeetesfaaadanyee7927
@tesfaaadanyeetesfaaadanyee7927 Жыл бұрын
Galatoomaa jabaadhaa baayee namatti tola waa'een haadha siinaaniif imimmaan yeroo sitti dhufu gaafa mucaa isa waanuma dhagahe dubbatu argitummoo kolfaan si jalaa wal maka ........galatoomaa qalamni keessan haa mirgisu!!!!
@qeerrooentertainment482
@qeerrooentertainment482 8 ай бұрын
Dhugaa rabbii hojii baay'ee bareedaa fi dadhabbii guddaa qabuudha haata'u malee garuu hin daawwatamne osoo kan habashaa ta'e ammoo yoona miiliyoonan daawwatama ture maalumaafu hojii ijoollen keenya itti dadhabdu haa daawwannun ergaa kooti galatooma.
@burtukanmitiku8841
@burtukanmitiku8841 Жыл бұрын
Bayyeen jaalladhe filmi kana Dhugaa jirudha wayyoooooo dhugaa 😢😢😢😢😢😢
@cristiano0711
@cristiano0711 Жыл бұрын
Jechan ittiin ibsu hin qabu dhugaa fiilmii baayyee miidhagaadha eelaatti aansee fiilmii afaan Oromoo ani ilaalee imimmaan qabachuu dadhabe yoo jiraate siinan dha. baayyee nama boonsitu jabaadhaa isiniin boonna qaaliiwwan koo 😭💔💔❤❤💘
@IbrahimAlyyi
@IbrahimAlyyi 10 ай бұрын
Jabaadhaa thank you
@temesgenregassa
@temesgenregassa Жыл бұрын
Haatii fiilmiidhuma irrattu utuu du'uu baatte.....! Warri harmeen keessaan Lubbuun jiran gammadaa...! Eessayyuu yoo jiraattan amma bilbilaafii maaloo....!!
@arjumageneti4214
@arjumageneti4214 Жыл бұрын
Jabaa team 🙏 Jabaadhaa isin ija keenyaa waaqo Eebba Joote Papy Ame Sami Milki Eden Namootan maqaa keessan Hin waamin Isin namoota addaadha kana caala waan guddaa isin irraa eegna jabaadhaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please Arjuma
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Wooww bayyee namatti tolla 100keesaa 100❤❤❤❤
@NameMaqa-dn5so
@NameMaqa-dn5so Жыл бұрын
Ani imimmaan qabachun dadhabee uuuuuf gara nama nyaata🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤gaaridha itti fufa jajabe filmi senaa durii fakata
@BarokAsefa123
@BarokAsefa123 Жыл бұрын
Baayyee bareedaa Jabaadhaa keep up it
@naarobikaashow1837
@naarobikaashow1837 Жыл бұрын
bay'esaa nattii tolee akkaa filmii elattii dhugaa tokkumaa bay'ee mudhisaa jabbaadha sabaa koo
@AmaneeBashir3039
@AmaneeBashir3039 Жыл бұрын
Ergaaaa heddduu uffii kessaa qabaa dhaloonni borruu waan bayyee irraa baraattaa😢❤❤❤❤❤🎉isinitti haa tolu
@aberakenea2528
@aberakenea2528 Жыл бұрын
ooooh I never seen such kind of oromo film really this might next Eelaa. go ahead!
@مريم-ظ4ذ4ج
@مريم-ظ4ذ4ج 2 ай бұрын
Very good❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@segnik6050
@segnik6050 Жыл бұрын
Bayye tokko namati tola na jabbadha
@BiraneMia
@BiraneMia Жыл бұрын
Bayyee namati tolaa nufi jaabadha jaabatota kenyaa
@obsinangemeda1207
@obsinangemeda1207 Жыл бұрын
Baay`ee baay`ee gaaridha garuu dhumarratti dhugaan moo`achuutu irra ture jedheen yaada akka kootti dhiifama wajjiin isinirraa illeen beeku.
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 4
44:26
Yegna
Рет қаралды 213 М.
Hir-koo Kutaa 16ffaa
27:36
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 525 М.
2113- Gospel Singer Solomon Alemu Oromifa Worship Song
18:55
Prophet Eyu Chufa
Рет қаралды 790 М.
KOODEE FIILMII AFAAN OROMOO HAARAA 2024 #koodee #Hirkoo #comedy #friendship
1:23:56
KALAQAN ENTERTAINMENT
Рет қаралды 389 М.
Solomon Alemu | ACHI | New Afaan Oromo Gospel song (Official Music Video) 2024/2017
6:48
አንድ እኩል ሙሉ ፊልም And Ekul full Ethiopian film 2019
1:53:02