Afaan Ingilizii M. 2ffa- Wal geggessuu fi addan ba'uu

  Рет қаралды 173,733

Teacher nigus ቲቸር ንጉስ

Teacher nigus ቲቸር ንጉስ

Күн бұрын

Пікірлер: 318
@simegneshetu5529
@simegneshetu5529 3 жыл бұрын
Bagaa nagaan nuf dhufte baraasissa kenyaa bayyee si jalaanaa
@merronsegdetegnewa4730
@merronsegdetegnewa4730 3 жыл бұрын
Wow barsisaa kenya baga nagan nuf dhuftan edan oromifa elle hin dadesani ! Dhugaa barumsi kessan bayyee nati tolee jiraa akkanumati itti nuf fufaa🙏🙏
@steeabb8560
@steeabb8560 3 жыл бұрын
ዋው ቲቸር በጣም እናመሰግናለን oromiffan barumsa nuu dhihessu keetif baay'e sigalateffannaa itti fufi
@sunnitetorly7955
@sunnitetorly7955 3 жыл бұрын
Oh amazing teacher durisa anii Afaan oromoo hin bekitaan jedhe hin yaduu ture galatoma ittii fufaa barumisi kessan bay.ee namati tolaa namas galaa
@addunyaahirphasaa2788
@addunyaahirphasaa2788 3 жыл бұрын
Teacher baay'ee namatti tola itti jabaadhaa!! Dura afaan amaaraan isin hordofaa turre amma Afaan keenyan Afaan Saba Guddaa Gaanfa Afrikaa kanaan barsiisuu keessan argee baay'ee gammade. Isin jaallannaa itti cimaa isin faana jirra. Thanks so much
@fafewollodame6478
@fafewollodame6478 2 жыл бұрын
Ganfaa Africa 😂😂😂😂😂🐂🐂🐂
@namakulaqurusum9881
@namakulaqurusum9881 Жыл бұрын
@@fafewollodame6478 laqamii laqamaqam hadharauu 🤧🤧🤧🤧🤧
@GelanaBegna
@GelanaBegna 7 ай бұрын
Wow amazing teaching way our teacher so thank you so much!!!!
@ukaashakadiir378
@ukaashakadiir378 3 жыл бұрын
Baay'ee galatoomi teacher afaani Oromootiin nuuf dhiheessuu keessaniif
@worthychristtube5740
@worthychristtube5740 2 жыл бұрын
Barsiisa! Barnoota Isin kennitan namatti tola; haa ta'u malee Barumsa Afaan Amaaraatiin qopheessitan gara Afaan oromoottis utuu hiiktanii gaariidha! Qabiyyeen Barumsa keessanii kan Amaariffaa Afaan Oromoonis Baratamuu waan qabuuf! GALATOOMAA!!!
@singitansalaletube
@singitansalaletube 5 ай бұрын
😊😊😊😊
@gennysol6539
@gennysol6539 3 жыл бұрын
Teacher nigus as always, you are shining. you are highly talented. I appreciate your effort to help Ethiopians. God bless you and keep up the good work👍👍👍
@singitansalaletube
@singitansalaletube 5 ай бұрын
Yes
@tayetaye2060
@tayetaye2060 3 жыл бұрын
Guddaa galatoomaa teacher negus
@ተዋህዶእናቴየዘላለምቤቴ
@ተዋህዶእናቴየዘላለምቤቴ 2 жыл бұрын
dhugaa Bay'ee Namatti Tolaa Barsisa Kenya Umuri dheerra isinf Haa kenu be orominga bemastemarachu betam Enamseginalen Mechalachu Demo betam Wudedkut ❤
@tigistabera8313
@tigistabera8313 3 жыл бұрын
Isin waqqnii isin yaa ebbisuu kan bekkumsaa nuf latan teacher nigus
@eshetushura6220
@eshetushura6220 3 жыл бұрын
Guddaa galatooma barsisaa keenyaa
@NuruHusen-g2m
@NuruHusen-g2m 3 ай бұрын
Baay,een !!!❤❤❤sin galatoomfadha teacher nice to meet you too.
@worthychristtube5740
@worthychristtube5740 2 жыл бұрын
It's a pleasure to have a teacher like you!
@oxtaaaa7049
@oxtaaaa7049 2 жыл бұрын
Hi
@fatumamohammed8020
@fatumamohammed8020 3 жыл бұрын
Hi nigus😱😱😇😇 woooow teacher nigus afaan oromoos dubbachuu dandeessaa.baay.een gammade kkk galatoomi
@haniiyoutube1021
@haniiyoutube1021 3 жыл бұрын
Baarsii keenya afaan oromoo itti nuuf qaatalii
@fasikabera
@fasikabera 5 ай бұрын
You are very kind teacher thank you so much my best teacher oromegawn kegon bttfln des ylegal
@RahamaAwal-k1k
@RahamaAwal-k1k 3 ай бұрын
Wow techir bayyee namtti tola dhugaa afn inglzii barchun hawii kiyya turee ❤❤❤
@Gammishatube
@Gammishatube 2 ай бұрын
Very Very Very Very thank you so much teacher love you
@rezikahussein8549
@rezikahussein8549 3 жыл бұрын
Wow barsiisa. Baayyee namati tola nuf jabaadha
@BikiltuAdugna
@BikiltuAdugna 3 ай бұрын
Good teacher appreciation for you ♥️🙏👏
@jaleemgoromtitiambo6576
@jaleemgoromtitiambo6576 3 жыл бұрын
wawoo bagaa nagaan dhuftee afaan oromoo
@AlyahAlkiiki
@AlyahAlkiiki 3 ай бұрын
Very good teacher nigus
@jiidhaadhaabii9662
@jiidhaadhaabii9662 3 жыл бұрын
Jabaadhaa sagantaan keessan akkaan bareeda.
@TaddasaGabisa
@TaddasaGabisa Ай бұрын
welcome our best teacher We love you
@nasradenelias836
@nasradenelias836 2 жыл бұрын
Baay’ee gaarii dha.🙏😍
@AbdukarimTadesa
@AbdukarimTadesa 5 ай бұрын
Jabaadhu teacher nigus😮😮😮
@RahimaHuseen-f9p
@RahimaHuseen-f9p 6 ай бұрын
Teacher nigus thank you very much
@boatuufufaa7461
@boatuufufaa7461 Жыл бұрын
Thanks 🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🐅🐅🐅🐅🐅🐅💞💞💞💞n♥️♥️♥️♥️
@wergfffgyy1263
@wergfffgyy1263 2 жыл бұрын
Wow barumsa baayye baayye bareedaa dha jabaadhu barsiisa keenya
@hitechhitech7697
@hitechhitech7697 3 жыл бұрын
Afaanaa oromotiini nufii barasisii
@InjifetaInjifetaWachifa
@InjifetaInjifetaWachifa 3 ай бұрын
Thank you teacher nugus
@hanahana1407
@hanahana1407 3 жыл бұрын
Bayyeee galatommi😍😘 share godha warra barachu fedhufi barsisa akkasi jajabesa
@jarsorobe9220
@jarsorobe9220 3 ай бұрын
my Love my teacher nugus ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@jarsorobe9220
@jarsorobe9220 3 ай бұрын
Love❤
@goodgalato5680
@goodgalato5680 2 жыл бұрын
Jabaadha baromssa gaari
@meseretwelde8836
@meseretwelde8836 3 жыл бұрын
Wwoow barsisaa Nigusu baga Nagan dhuftee
@bilalawwal1080
@bilalawwal1080 2 жыл бұрын
Woow bayyee namatti tolaa teacher
@godaannisaseenaa4047
@godaannisaseenaa4047 3 жыл бұрын
dhugaa heddu namatti toltu jabaadhaa
@GamachisaYusuf-f5s
@GamachisaYusuf-f5s 2 ай бұрын
Good teacher ❤❤I love you teacher
@sadiiyatullusadiiyatullu7868
@sadiiyatullusadiiyatullu7868 3 жыл бұрын
Bagaa nagayan dhuftta barsissaa
@abudamtew3520
@abudamtew3520 2 жыл бұрын
Waaqayyoo siya eebbisu teacher nigus si jallanna itti nuu fufi
@abdullqaderrafiso3292
@abdullqaderrafiso3292 3 жыл бұрын
Baruumsa afaan Englisch nubarsisuu keetiif Hedduu galatom Bayyee dansaadhaa akki ati itti barsisa jirtu garu hin bayisin akka namaaf galutti xixiqessi kayadhu namni baratuu barbadus yeroo san gamachudhaan sirraa fudhata waan taef ulfaadhu
@abebelenjisa6482
@abebelenjisa6482 2 жыл бұрын
Afaan oromootin marsaa tokkofaa fi lammaffaa qofatu jiraa moo
@kennaagezewu8176
@kennaagezewu8176 3 жыл бұрын
Thank you Teacher nugus Bayyee gariidha ittii nuuf fufiii
@AyantuuHamid-bo5ns
@AyantuuHamid-bo5ns 10 ай бұрын
Afan Oromo nuf hojadhuu hedumesii Teacher please 🙏🙏🥰🥰
@naoltemesgen1811
@naoltemesgen1811 3 жыл бұрын
Teacher you are Best education bayyee galattommaa
@Geexee-b5u
@Geexee-b5u 3 ай бұрын
Thank you 🙏🙏🙏🙏
@selemundemeke6990
@selemundemeke6990 2 жыл бұрын
Thank you teacher nigus, Goodbey and God bless all you
@TilahunTadesse-xe8mn
@TilahunTadesse-xe8mn 7 ай бұрын
Thank you so much teacher negus
@mariamsurour4914
@mariamsurour4914 3 жыл бұрын
Eebbifama
@tesemadiriba8569
@tesemadiriba8569 3 жыл бұрын
Thank you teacher nugus Goodbye and God bless you
@RoseRose-u6c5t
@RoseRose-u6c5t 2 ай бұрын
Mashaala mashaala mashaala mashaala ❤❤❤❤❤❤❤
@TameAlamu-y1d
@TameAlamu-y1d 10 ай бұрын
Nufii jiradhuu dhugaa barsisaa kenyaa
@AliAbdu-h5b
@AliAbdu-h5b 2 ай бұрын
Baaye baaye gaaridha nuf jiradhu❤
@adamsharif6544
@adamsharif6544 2 жыл бұрын
Harka fune, akkam jirtu br. Nigus. Hanga Amma barnoota afaan ingiliffan barsiisftu hordoofan Ture, maati Koof yeroon qo'achisu bakka isaan dhibe afaan oromootin jijjirafi Ture. Amma boda video qofa buseefi sii hordoofu dandaa'u. Kanaafu akkuma Amma egalte kanan afaan laachunu akka barsiisu itti fuuftu kabajaan sii gafaadha. Marsa 1ffa 2ffa......... Itti fufa......... Jabaadhu!!!
@adamsharif6544
@adamsharif6544 2 жыл бұрын
Barreefama afaan oromoo ciinati dabali .
@EebbiiBalay
@EebbiiBalay Ай бұрын
Teacher nigus very thank you
@AschuHailu
@AschuHailu 8 күн бұрын
Thanik you so mach Teacher !!
@ghazalaghazala4101
@ghazalaghazala4101 3 жыл бұрын
Guudaa Galltomii 😍😍
@dhadachagalchu8925
@dhadachagalchu8925 2 жыл бұрын
Barsiisaa nugusee Afaan oromo Nuudabali si eegachaa jirraa
@zuulaaliinaasha512
@zuulaaliinaasha512 2 жыл бұрын
Namaa dhibaa ojiinkee gaaruu baayyen siiordoofaa
@bfjhs7159
@bfjhs7159 3 жыл бұрын
Dhuga anii barumsii kee bayye naf gala jiraa galtomii jabadhuu itii nuf fufii Yaro bayye amarif fi English hikkata afaan oromotinis nuf hikkii warra afaan amarif hin bekkane jiraa wan tahef!
@AanaaMahaamad
@AanaaMahaamad 3 ай бұрын
Thank you Teacher l love you
@jesusislord5513
@jesusislord5513 3 жыл бұрын
Barsiisa Hedduu Galatoomaa 👏👏👏😘
@devatufayera1359
@devatufayera1359 2 жыл бұрын
Wooow bayyee barumsaa bareedaadha itti nuf fufi
@ObsanAbichu-s8e
@ObsanAbichu-s8e Жыл бұрын
Baayee baayee galatoomii Sanyii dhiiraa Dhaloota qaruukeef gltoomii
@arabetuse2964
@arabetuse2964 3 жыл бұрын
Dhugumatii atti barsiisaadhaa.
@tejituuxajitu3334
@tejituuxajitu3334 3 жыл бұрын
Wow bayyee namti tolaa galatoma barsisa kenya 🙏🙏🙏
@EfremAbera-cc1gt
@EfremAbera-cc1gt Жыл бұрын
Thanks my teacher ❣️🙋
@BayyaanaShifarra
@BayyaanaShifarra 2 ай бұрын
Baay'ee baay'ee gariidha nuuf jabbaadha barsiisa kenyaa
@goodgalato5680
@goodgalato5680 2 жыл бұрын
Masha Allah 💞
@نسمةيونس
@نسمةيونس Ай бұрын
Thanks very much Teacher ❤
@tenamarsi379
@tenamarsi379 3 жыл бұрын
jabadha barasiisa kenya thank you so mach i learn with you galatooma
@jituabebe4881
@jituabebe4881 2 жыл бұрын
Galatomi barsisaa haalan akka dubisnuuf hoo saayinsii isaa osoo nuu barsiftaan naati tolaa kanas akka naa gaargartaan isin gaafa
@MimiMimi-ou3iw
@MimiMimi-ou3iw 2 жыл бұрын
Galatomaa barsisaa🙏🙏
@xahaaabubakir5774
@xahaaabubakir5774 Жыл бұрын
bayee baredhaa galatomaa
@waqaayyooabbaanagaaisiinab8393
@waqaayyooabbaanagaaisiinab8393 3 жыл бұрын
Galatoomii teacher nigus. Nuuf jaabadhu 🥰👍
@hgdf492
@hgdf492 2 жыл бұрын
Good morning teacher nugus I miss you sin jaladhaa
@MariyamaBayaan
@MariyamaBayaan 3 ай бұрын
Baayye tokkoo namatti tola barsiisaa keenya akkanumatti itti nuu fufaa isiniin jenna
@myvideos8146
@myvideos8146 3 жыл бұрын
Wow baayye namatii tola
@kemisoguye2623
@kemisoguye2623 2 жыл бұрын
Good evening teacher nigus God bless you 🙏👍
@thelegesse2544
@thelegesse2544 3 жыл бұрын
Woow tnx teacher😍
@munzirmunzir2880
@munzirmunzir2880 3 жыл бұрын
Baayyee gaariidh thank you my teacher
@FeyisaMekonnin
@FeyisaMekonnin Ай бұрын
Very good teacher Nigus
@latushifaraw1110
@latushifaraw1110 3 жыл бұрын
Goodbye and God bless you my teacher.
@miliongirma2610
@miliongirma2610 2 жыл бұрын
Tankyou teacher nugus good night .
@HgI-d8o
@HgI-d8o Жыл бұрын
Go it continues my teacher thank you
@gadaaleencaa541
@gadaaleencaa541 2 жыл бұрын
Thanks my teachers👩‍🏫‍
@JankoHabtamu
@JankoHabtamu 2 ай бұрын
Very good theacher Nigus
@ayubseidhajo9206
@ayubseidhajo9206 3 жыл бұрын
Baredaa barisisaa
@AschuHailu
@AschuHailu 8 күн бұрын
Thanik you som. Mach ❤❤❤❤
@amanuelbalina882
@amanuelbalina882 2 жыл бұрын
Wow jabba nama jabbadhu
@jesusislord5513
@jesusislord5513 3 жыл бұрын
Me warii Facebook irratti Afaan Bana oltaan kootati Barumsa Baradhaa
@LovelyFjord-km3ud
@LovelyFjord-km3ud 2 ай бұрын
@@jesusislord5513 dhugadhumake jettem 👍
@jciehcj695
@jciehcj695 2 жыл бұрын
Wwoo thanku so much techar
@giftifekadu7796
@giftifekadu7796 3 жыл бұрын
Galatomaa barsisa Nigus
@esayasabebe6085
@esayasabebe6085 2 жыл бұрын
Bayyee kan nama hawwatuu kanaaf nu barsiisaa ni baranna isin hordofaa jira
@nayimaabdulla6773
@nayimaabdulla6773 2 жыл бұрын
Wow Mashaallaa galatoma thanks so much
@kennaagezewu8176
@kennaagezewu8176 2 жыл бұрын
ebbifamii guddaa nuufjiradhu
@Abdi-Emana
@Abdi-Emana 2 жыл бұрын
wan guddaan baradheera Eebbifamaa
@SamuelGirma-ne1md
@SamuelGirma-ne1md Жыл бұрын
Thanks nuuf jiraadhaa.
@DawitChali-nk2zu
@DawitChali-nk2zu 6 ай бұрын
Teacher nigusi tkank you
Galata Galchuu
15:04
Teacher nigus ቲቸር ንጉስ
Рет қаралды 107 М.
Teacher nigus - Afaan ingilizii Marsaa 4ffaa
15:59
Teacher nigus ቲቸር ንጉስ
Рет қаралды 82 М.
Try this prank with your friends 😂 @karina-kola
00:18
Andrey Grechka
Рет қаралды 9 МЛН
coco在求救? #小丑 #天使 #shorts
00:29
好人小丑
Рет қаралды 120 МЛН
Teacher nigus 120 - Who are you?
30:23
Teacher nigus ቲቸር ንጉስ
Рет қаралды 904 М.
Teacher nigus Afaan Ingilizii 1
12:58
Teacher nigus ቲቸር ንጉስ
Рет қаралды 449 М.
Teacher nigus 96 -  Speaking workshop 1
28:00
Teacher nigus ቲቸር ንጉስ
Рет қаралды 284 М.
Namni Afaan hin beekne dura maal baruu qaba?
15:20
Basic English OC
Рет қаралды 228 М.
በ  Grammar በጣም ጎበዝ መሆን
28:14
Unique English in amharic
Рет қаралды 54 М.
Daily English Afan Oromo #afaanoromo #Asking Greeting #learning
34:48
Yimaru PLUS - ይማሩ ፕላስ
Рет қаралды 125 М.
Dr Zakir Naik Afaan Oromoo || dr Zaakir Gafadhaa full video guutuu
1:08:48