Tekalign Tena-Urjii Iluu-(official Video)

  Рет қаралды 163,321

Vision Entertainment

Vision Entertainment

Күн бұрын

Пікірлер: 386
@wendimudebela2976
@wendimudebela2976 7 ай бұрын
Weelluu Ajaa'ibaati!!! Takkee keenyaa Seenaa, Aadaa fi Eenyummaa saba keetii keessaahuu kan aadaa fi seenaa dilbii qabu uummata Iluu Abbaa Boor qabatamaan Aartii fi dandeettii keetiin utubdee waan mul'isteef Saba Kana biraa galata guddaa qabda. Nama Abdii hin kutannee fi rakkoowwan obsaan dabarsuun kaayyoo isaa galmaan gahu qabatamaatti si agarre. Jabaadhu! Uummanni ati eenyummaasaa mul'isuuf dhamaatuuf si duukaa jira.
@UnitedWeStand-d2u
@UnitedWeStand-d2u 7 ай бұрын
Yes Beautiful Culture And People….This is Who GOD Made Me To Be 🫶🏾🫶🏾🫶🏾 Nothing But OROMO /OROMIA Be Who God Created You To Be 👏🏽👏🏽👏🏽❤️🌳❤️💪🏾💪🏾💪🏾
@urjiiabdulmalik
@urjiiabdulmalik 7 ай бұрын
Period! 💪🏾🔥
@etichalamessa
@etichalamessa 7 ай бұрын
Takkee nama guddaa! Iluurraa Oolmaa guddaa qabda! Erga dhalattee hinuma leellifta! Isaanis si leellisuu qabu. Kunis afaaniin Osoo hin taane, gochaan ta'uu qaba.
@fedawak
@fedawak 7 ай бұрын
Wow wow Takkee iluu hojii baayyee bareedaadha jabaadhu yeroo dhoyoottis hojii haaraan si eegna. Iluu Biyyaa Abbaa Gammachiis biyya Caalii Shoonoo
@endalkachewteferiligaba6687
@endalkachewteferiligaba6687 7 ай бұрын
Well come!! Thanks for your devotion that you made to dig out orginal culture of Ilu Abba bor! Keep up forward!!
@tesfudebas1148
@tesfudebas1148 7 ай бұрын
Aadaafi seenaa godina Iluu Abbaa Boor beeksisaa waan jirtuuf, #Jabaadhu, #Milkaa'i- #Takkaaliny Xannaa!
@qtrdoha7364
@qtrdoha7364 7 ай бұрын
Wow amazing 😮 👏 😍 👌 welcome takkee goota ilma iluu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@MilkiMilko-uk5qm
@MilkiMilko-uk5qm 7 ай бұрын
Takkee hojii boonsaa hojjette jabaa koo boriifis si abdanna kana olitti akka hojii gaarii hojjettu🥰
@tolesaasefa397
@tolesaasefa397 7 ай бұрын
Wow amazing song!! Takkee Galata argadhu!! sirba daqiiqaa shaniin Aadaa, Gootummaa fi Qabeenyaa Uumaa Godinichaa Addunyaatti waan beeksisteef!!
@lemidiriba3009
@lemidiriba3009 7 ай бұрын
Wow! Wow! No word to express, It is Amazing Tekiye
@LatiJohn-yb3oz
@LatiJohn-yb3oz 7 ай бұрын
wow what a music🥰🥰🥰🥰🥰🥰 jabaadhu takkee keenyaaa Hojii bareedaadha!
@Taggist-rx6wr
@Taggist-rx6wr 7 ай бұрын
ምርጦች ዉድድድድድ ❤️❤️❤️❤️🥰🥰😊😊😊😊😊
@IntalaMariyam3785
@IntalaMariyam3785 7 ай бұрын
Wow Oromoo koo you are always #1 nuuf buli Takkee🥰
@MootiiAbbaLeencaa
@MootiiAbbaLeencaa 7 ай бұрын
Takke 👏👏👏bayyee bayyee namatii tolaa nu jabadhuu Urjii Iluu ❤
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 7 ай бұрын
Baroodaa akka Leencaa Sagalee Gaara raasuu Baga milkoofte qaxalee ofii
@giftidure9322
@giftidure9322 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@godawajjiitube
@godawajjiitube 7 ай бұрын
Best music ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@fedhiikoo7616
@fedhiikoo7616 7 ай бұрын
Jabaadhu. Walaloo , yeedaloon, suursagaleen marti aja'iba.
@rsawwss6561
@rsawwss6561 7 ай бұрын
Wowowowo sirbaa bareeda dhugaa bayyee namati tolaa
@hey1232
@hey1232 7 ай бұрын
This are My Beautiful Brave Smart Kind Peaceful People Oromoo 👈🏽May GOD Bless Them And Protect Them From All Evil Eyes Amennnnnnnnnnnn Amennnnnnn Amennnnnnnnnnnnnn🙏🏾🙏🏾🙏🏾Oromumaa Lives Forever ❤️❤️🌳🌳❤️❤️🫶🏾🫶🏾🫶🏾
@kulaanitashe9401
@kulaanitashe9401 7 ай бұрын
My Iluu❤️❤️❤️ Takke qaalii ilmaa Nama guddaa baga nagaan dhufte🥰🥰
@NaafBirhanu
@NaafBirhanu 6 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf baay'ee natti tole ;sagaleen suuta yaa'e ergaa fi seenaa dheeraa qabudha.jabaa ilmaa jabaa ofii jabbeessa kan immoo cimsachaa deemun og-barruu keenya haa guddisnuun;asumaan ergaa kooti❤❤
@Wabi368
@Wabi368 7 ай бұрын
Takkee nama jabaa jabaadhu hojii addaati🙏
@NasiradinMamadamin-rz5it
@NasiradinMamadamin-rz5it 7 ай бұрын
Wwww takelee ❤❤ nigababatee malee wow
@DuulaaSarban
@DuulaaSarban 7 ай бұрын
Baay'ee namatti tola🥰 ulffaadhu hojii addaa hojjette dhugaa
@YeeTawahidoLij4764
@YeeTawahidoLij4764 7 ай бұрын
😳😲 woowwwwww 💞💕 Tokkooffaa dha
@Zeriton
@Zeriton 7 ай бұрын
wawwo amazing ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@radietutadesse5760
@radietutadesse5760 7 ай бұрын
Jabaadhu Take!!!Bayyee bareeda!!
@orolyricsandscitech
@orolyricsandscitech 7 ай бұрын
Seenaa iluu baayyeetu mullatee take keenyaa Galata qabdaa ❤❤❤
@bidiruumedia
@bidiruumedia 7 ай бұрын
Takkeko hojii bareedaa si madalu saba kees madaalu hojjette qaxalee namaa❤❤❤ jabaadhu
@Lookoomedia1
@Lookoomedia1 7 ай бұрын
Lookoo tube welluu kana haala gaariin dhaggeeffatteera... Takkeen namaan itti dhiyeenyan beekuu dha... nam jabaa Iluun maal akka taate sirba kana keessatti sirriitti bifa weelluun ibse.. seenaa kitaaba irratti barreeffamee hin jirree iyyuu gad baasee bifa nama hawwatuun ibse .. Addatti immoo Iluu bahaa ykn Buunnoo koos kaaseera... oromoon seenaa hin dhumne qaba... ulfaadhaa ..ana obbolleessa keessan Magee Bureeti❤❤❤
@UnitedWeStand-d2u
@UnitedWeStand-d2u 7 ай бұрын
❤️🌳❤️🫶🏾🫶🏾🫶🏾
@nagejora5901
@nagejora5901 7 ай бұрын
Akkas magee iluu bahaa(iluu buunnoo)
@Wabi368
@Wabi368 7 ай бұрын
🙏🙏🙏
@Meronii-uw4ws
@Meronii-uw4ws 7 ай бұрын
Mashla baye dalga bareda ira jirtani jabadha💪❤️💚❤️🥰👏👏
@LeeLee-ik1up
@LeeLee-ik1up 7 ай бұрын
Love you to infinity, Iluu koo ❤💚❤
@masaramasara1595
@masaramasara1595 7 ай бұрын
Wow Amazing jabadhuu bro ❤❤
@biyaali5817
@biyaali5817 7 ай бұрын
Wow Baay.e bareeda❤
@AbdulhakimSabit-sh4mj
@AbdulhakimSabit-sh4mj 7 ай бұрын
❤ jabaadhu warqee guddisaa aadaa kenya
@tadeletesema9982
@tadeletesema9982 7 ай бұрын
woooow ❤❤❤❤Takkee 1ffaadha dhigaa
@Milkiitube5
@Milkiitube5 7 ай бұрын
Amazing work 🎉 Ijoollee Firrisaa Abbaa Waggaa ❤❤
@Miluuoromiyaa
@Miluuoromiyaa 7 ай бұрын
Welcome lencaa kenyaa nuf jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤
@leencoobadhoo8354
@leencoobadhoo8354 7 ай бұрын
Amazing! I appreciate you!
@eyoboli9440
@eyoboli9440 7 ай бұрын
My iluu 😘
@daveentertainment4975
@daveentertainment4975 7 ай бұрын
O M G Takkeeko 🎞 1ffaaa 🎙 1ffaa 💚💚💚💚 Baayyee Bareeda from Iluu Eenyummaa Dhugaa✌🏻
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 7 ай бұрын
Wow wow Bayee Namati tola jabaa dhuu saboonaa 💖🎵😍 Translate to somali
@SULTANuumayyoo
@SULTANuumayyoo 7 ай бұрын
Wel come bro👌😍
@nimoonaajj1367
@nimoonaajj1367 7 ай бұрын
Baayee baayee sirba akka gaaritti hojjatame ulfaadhaa good job!!❤❤❤❤❤
@Ravoz-r2h
@Ravoz-r2h 7 ай бұрын
Urjii salgan illuu jabadhuuu❤
@temamteha3692
@temamteha3692 7 ай бұрын
Bayyee namatti tola qalii keenyaa nu jabadhuu 👑♥️♥️♥️♥️♥️
@adfxvb5356
@adfxvb5356 7 ай бұрын
Takke nama jaba jabadhu siin boonnaa qaxalee kenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gutemaabera-sh2de
@gutemaabera-sh2de 7 ай бұрын
Sirba miidhagaadha Walaloo fi yeefaloon isaallee baayyee namatti tole Location isaallee akka hanqinaatti uffannaa irratti hanqinni xiqqoon jira Jabaadhu takkee
@henokakiya
@henokakiya 7 ай бұрын
Taakee Ulfadhuu Galatoomii, Addaa Iluu Sadrkaa tokkotii ollguudisteeta jabaaduu 💯 %
@gelayeeticha-wv9ed
@gelayeeticha-wv9ed 7 ай бұрын
Welcome jabaadha Oromo koo
@Aliyiilu
@Aliyiilu 7 ай бұрын
Hojii bonsa jaba ko ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@gutemaabera-sh2de
@gutemaabera-sh2de 7 ай бұрын
Sirba miidhagaadha Walaloo fi yeefaloon isaallee baayyee namatti tole Location isaallee Jabaadhu takkee
@megakiya-dp7oi
@megakiya-dp7oi 7 ай бұрын
More than a clip the region must strengthen vision entertainment more precisely the oromo people
@FadliiHuseenBaalee
@FadliiHuseenBaalee 7 ай бұрын
Eebadee,aadaan iluu Numa bareeddi maqaan isiimaal jedhama
@حمدالمري-ج9غ
@حمدالمري-ج9غ 7 ай бұрын
1❤❤❤❤❤❤
@MimiiMimii-y3e
@MimiiMimii-y3e 2 ай бұрын
Iluu bareeduu biyyaa bayyeen jalaadha ❤❤❤❤❤❤❤
@ObseeFirezar
@ObseeFirezar 7 ай бұрын
wow jabbaa kenyaa❤❤❤❤
@desalegnnamo
@desalegnnamo 7 ай бұрын
Takkee sabboonaa ilma sabaa❤❤❤❤ si jaallanna
@AmirKhelil-rn7vv
@AmirKhelil-rn7vv 7 ай бұрын
Wow amazing im from 🇪🇬 oromo is the most civilized people and i love geda system
@OnnataLammii
@OnnataLammii 7 ай бұрын
Urjii iluu jabaa to hojii kee ajaja'aa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@BereketBereket-e8i
@BereketBereket-e8i 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤lesss goopush🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@abdiorotub7287
@abdiorotub7287 7 ай бұрын
I am from sudan I love Oromo music🥰
@to1awak
@to1awak 7 ай бұрын
😅
@Arsiitioro
@Arsiitioro 7 ай бұрын
Woww jabaa nama❤❤
@shamiaa6257
@shamiaa6257 7 ай бұрын
Takkee may favourite ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@mohammedhabib5196
@mohammedhabib5196 7 ай бұрын
amazing clip👌🎦
@masudtaju3650
@masudtaju3650 7 ай бұрын
Waawu ojii dansaadha jabaadhu
@odakebede5207
@odakebede5207 7 ай бұрын
Take bravo nice music really Cleary talk about iluu by music thank u
@ArtDagimMesfinoro
@ArtDagimMesfinoro 7 ай бұрын
Ilu culture is very nice please everyone visit it amazing music❤
@juwara-dt3ew
@juwara-dt3ew 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ilukoo
@orovine8534
@orovine8534 7 ай бұрын
Wow baayyee bareedaa ❤
@OnnataLammii
@OnnataLammii 7 ай бұрын
Lij Iyyaasuu lenjisee jechuu kedha takke
@takkeeiluu11
@takkeeiluu11 7 ай бұрын
Buunnoottu lij Iyyaasuu leenjise
@RijaaluJihad
@RijaaluJihad 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤baaga nagaan dhufte🎉🎉🎉🎉
@MeselechAbera-x9g
@MeselechAbera-x9g 4 ай бұрын
Saanyiin goota duruma gootuma najiradhu❤
@VisionEntertainment-lh2nr
@VisionEntertainment-lh2nr 7 ай бұрын
Wel come bro🎉
@malkee.-olana
@malkee.-olana 7 ай бұрын
wow!! Amazing!!!!🙋🙋🙋🙋
@AleeEliys
@AleeEliys 7 ай бұрын
Bagaa nagaan dhufte jabaa nama iluu koo❤❤❤🌲🌳🌳🪴🍀🍀
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz 7 ай бұрын
Yooyaa gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💖💖❤️❤️💞💞💕💕👍💯☝️
@MnbhbbbvFjdhsh-bx3jq
@MnbhbbbvFjdhsh-bx3jq 7 ай бұрын
Wawu illuukkoo galtomi❤❤❤❤
@sammiiharawe
@sammiiharawe 7 ай бұрын
Bayyee bareeda
@AlfaizYasin-mz1xp
@AlfaizYasin-mz1xp 7 ай бұрын
Hojiin kun walaloon yeedaloon,... Arrangement, location fi qulqullinni video waraabbii....waan baay'ee namatti toluudha. Location n isaallee bareeda qofaaf osoo hin taane qabeenyaawwan Iluun qabdu 1,1 kan ibsuudha 🙏🙏🥰😍❤️
@زوز-ع9ظ
@زوز-ع9ظ 7 ай бұрын
Jabadhuu baredadhaa wowwwwwww
@OziKo-ng9ec
@OziKo-ng9ec 7 ай бұрын
Oh oromo ko akkaam tola ❤🌳❤
@DebeleBulbula
@DebeleBulbula 7 ай бұрын
Wow❤❤❤👍
@derbabaatomsa9308
@derbabaatomsa9308 7 ай бұрын
Wawu illu Abba bor natti toltuuuuu
@abenezeraben6418
@abenezeraben6418 7 ай бұрын
Woow take its amezing You are our hero and we respect you
@gelo5tube277
@gelo5tube277 7 ай бұрын
It's amazing 👏👏
@FurtuuShow
@FurtuuShow 7 ай бұрын
Waaaaaaw Waan addaati Iluu biyya Miidhagduu.❤
@MelkamuFiromsa
@MelkamuFiromsa 7 ай бұрын
Nice Takeee
@SisayNegasa-ej9um
@SisayNegasa-ej9um 7 ай бұрын
Jiraadhuu leencaa keenya jabaadhuu
@ayalewassefa8155
@ayalewassefa8155 6 ай бұрын
wow Teke amazing music
@asresahegnbelachew8419
@asresahegnbelachew8419 7 ай бұрын
Namatti toltu jabaadhaa❤❤❤
@sisterfaxeemettu4361
@sisterfaxeemettu4361 7 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉 waaaawuuuuuuu bayee barredaa
@MARASIF214
@MARASIF214 7 ай бұрын
baay'ee bareeda boo 🙏🙏👏
@MusheKoo
@MusheKoo 7 ай бұрын
Baayee namatti tola namakoo
@jenetjenet-z7o
@jenetjenet-z7o 7 ай бұрын
My beautiful country iluuuuuuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤
@FoziiShafii
@FoziiShafii 7 ай бұрын
Wow jaba keenya nuuf jiradhu
@Fatuma-s1c
@Fatuma-s1c 7 ай бұрын
Iluu biyya koo
@KayonKebede-tp8hx
@KayonKebede-tp8hx 7 ай бұрын
Wow amazing dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤
@marakibirhanu3641
@marakibirhanu3641 7 ай бұрын
Muziqaa kee namatti tolaa takke jabbadhuu❤❤
@YolNol
@YolNol 7 ай бұрын
Illuu koo love you so much 💗 💓 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤wayyyoooo😭😭😭😭😭😭😭
Adisu Kebede -Sillee Wayya-New Ethiopian Oromo Music 2022(Official Video)
5:27
Vision Entertainment
Рет қаралды 688 М.
How to treat Acne💉
00:31
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 108 МЛН
Мясо вегана? 🧐 @Whatthefshow
01:01
История одного вокалиста
Рет қаралды 7 МЛН
The Best Band 😅 #toshleh #viralshort
00:11
Toshleh
Рет қаралды 22 МЛН
Zeynu Mahbub -Burtukaana koo-(Official Video)
5:32
Vision Entertainment
Рет қаралды 253 М.
wasanuu damisuu afaan oromo music bara 2024
4:39
Dano Tube
Рет қаралды 6 М.
Sona Takele - WARRA BOOLEE - (Official Music  Video)
4:55
Motessa Studio
Рет қаралды 13 МЛН
Chala Degefa _ Hin Gaabbu _ New Oromo Music 2023 (Officail Vedio)
6:25
Chala Degefa Entertainment
Рет қаралды 2 МЛН
Raju Mohammed -Shumbururi-(Official video)
4:36
Vision Entertainment
Рет қаралды 467 М.
Soninaf Adem Boorataa booree _2021
5:08
SONINAF ADEM
Рет қаралды 1,3 МЛН
Gameettii Oromo Music by Felmeta kebede
5:45
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 518 М.
Siifan Urgeechaa New Oromo Music Video Shaggaa koo (2024)
4:40
SIFEN URGECHA
Рет қаралды 41 М.
Jaagamaa Taaddalaa New Oromoo Music 2024  DISOO VIDEO 2024
6:53
OF-TA'I ENTERTAINMENT
Рет қаралды 253 М.
How to treat Acne💉
00:31
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 108 МЛН