Turtii Jawaar Mohaammed Waliin Goone (Bitootessa 10, 2020) - Kutaa 2ffaa

  Рет қаралды 60,825

OMN

OMN

Күн бұрын

Пікірлер: 235
@AbbaaBooratube
@AbbaaBooratube 4 жыл бұрын
OMN Midiyaa Oromoon sagalee fi yaada isaa Bilisaan ibsachuuf qotiyyoo isaa gurguree, kuuli baate ijaarratedha malee, kan warri ilaalcha nafxanyaa ddagaagsuf hin ijaaramne. Kanaaf, Oromoon kamuu akka fedhetti yaada isaa ibsachu mirga qaba. Ilmaan isaa Abbaa fedhetti heerumsiisu, abbaa fedhe fuusisu mirga guutu qaba. Warri gubate haa cincahuu malee, Oromon yoomiyyuu Nafxanyaa waliin fira hin ta'u. OMN Ijaa fi Gurra Uummata! OMN Sagalee Cunqurfamtoota!
@marwanted87baradii39
@marwanted87baradii39 4 жыл бұрын
Abba boora tube dhugaa jete 🌹🌹
@monamc8343
@monamc8343 4 жыл бұрын
Ana dhufuu jawar sanyii gotaa sanyii lenicaa habba waqoo gutuu farimee dhumuu galaanii kee jabadhuu qomoo ko afufii dhamisii akka kuraziitit wayanee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤☝☝☝☝☝☝☝
@megehuss
@megehuss 4 жыл бұрын
Jawwee nama haqaa. Haasawni kee akka malee namatti tola, ni mi'aawa. Rabbi si wajji haa jiratu. Dhugaa qabna Injifannoon teeynuma in shaa Allah
@madinatarboosh1120
@madinatarboosh1120 4 жыл бұрын
Omn Ana dhufuu bagaa nagayan dhuftaan jawee koo rabbii umrii sii haa dheresuu Lencaa koo ijii dinnaa sii haa argiin dinni kee lafaa haa lixuu ishallah
@riyadhalqurshi4175
@riyadhalqurshi4175 4 жыл бұрын
ጆሀር መሀመድ ምርጥ 2020 ሰዉ
@muleabdissa1045
@muleabdissa1045 4 жыл бұрын
Waqayyoo umurrii dharreettuu sifi keenuu abbaa Dhugaa Obbo jawarr koo Abbaa Haqaa nuufi jiradhuu lecaa koo
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
❤️🌲❤️
@hawwaaabdisaa6385
@hawwaaabdisaa6385 4 жыл бұрын
Jaweee wallahi amma guyyaa lubbuu kenyaa bautii si dukka jiraa karaa itti garigaruu nufii maxassaa karaa qulquluu tayyeeni
@sabontuuarsiiassallaa2179
@sabontuuarsiiassallaa2179 4 жыл бұрын
OMN ijaaf guraa ummataa qabsaahaa haqaa tokichaa qixee miliyonotaa nuf jiradhuu akasumas leencaa afrikaa hayuu adunyaa jawwee koo woggaa miliyonaa nuf jiradhuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️urjii sabaa oromoo abba dhugaa abba haqaa qorichaa nafxanyaa tah jechii kee takitiin ardii adunyaa sochoftuu ijaa oromoo ❤️❤️❤️❤️✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
@tegeneadmasu7428
@tegeneadmasu7428 4 жыл бұрын
"Bakka dhugaan hinjirre araari hinjiru"Dr.Gammachu
@lensagamee8177
@lensagamee8177 4 жыл бұрын
👌👌👌🙌🙏🙏🙏 #Dr.Gammachuu
@sultanadem4709
@sultanadem4709 4 жыл бұрын
jewar for all Ethiopia who needs justice, equality Allah protect you
@bekumanemomissa129
@bekumanemomissa129 4 жыл бұрын
Yaa oromoo duuti guyyaa uumamte waliin uumame waan ta’eef du’a hinsidaatin.
@oromodhaabbaanibiyaa7763
@oromodhaabbaanibiyaa7763 4 жыл бұрын
Jawari❤❤❤❤🥰🥰💪🏻💪🏻💪🏻 saagaalee keefi dhugaani atii dubbatuu osoo sa'ati 24 dhageefatani hin qufamu akkasuma Abidii namati horaa jaabadhuu sii waajii jiraa💯💯💯
@sifanwalisoo2937
@sifanwalisoo2937 4 жыл бұрын
Omn fi jawee kenyaa nuuf jiradhaa❤❤
@kiyyatube5289
@kiyyatube5289 4 жыл бұрын
Jawaar jawar 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 umri dheerii GOD belas😍😍😍
@fatoumaadam453
@fatoumaadam453 4 жыл бұрын
Jawee koo abba dhugaa rabbin umrii sii haa dheresee
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
❤️🌲❤️
@meriyaabdurkadir5018
@meriyaabdurkadir5018 4 жыл бұрын
Itti himi male jawe jarii hin dhagahu 🌹🌹⚘⚘🌹🌹⚘⚘🌹🌹💞💞💜💜💓💓💜💜
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
❤️🌲❤️
@sasamanyedheedhi2679
@sasamanyedheedhi2679 4 жыл бұрын
Yaa Rabbi Jowran itii keenine Yaa Rabbi nuu tiysi inshaalaah
@dameewaqumaa1342
@dameewaqumaa1342 4 жыл бұрын
Abbaa Dhugaa dhugaanii kee hin baadiin❤❣❤❣❣❣💚❤❤❤💚💚💚❤❤
@honorableprince8958
@honorableprince8958 4 жыл бұрын
Well come OMN ijjafi gurra ummataa oromoo jawar mohammad Umurii dheradhuu Abba biyya
@hussienyuna2451
@hussienyuna2451 4 жыл бұрын
Jaallee Joohar, wallahii wanti ati jettee hundinuu dhugaadha! galatoomi! sikabaja!
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
❤️🌲❤️
@berkecorner4540
@berkecorner4540 4 жыл бұрын
Omn guddaa galaatooma hojiin dinaa ifaa basaa jirtuu jawar bakka hundati rabbii sii wajjin haa ta'uu yaa sabaakoo oromoo walin haa dhabbanuu biyyaa keenya oromiyaa irrati
@selamlove3421
@selamlove3421 4 жыл бұрын
Well done Jawar 🏆💌🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇
@adisuyadessa3242
@adisuyadessa3242 4 жыл бұрын
Dhugaa ABO yoomuu qadaadanii dhuksuutu hin danda'amuum. Osoo kutannoon mootummaa Xoophia hin amanu jedhuu itti wacanii/iyyanii WBO galchanii ficcisiisuun.... Dhugaan dubbatu!
@katyoli4378
@katyoli4378 4 жыл бұрын
We really love you Gaware. All you said is true! ! Sabonaa Oromokoo.
@aswqaswqaswq1976
@aswqaswqaswq1976 4 жыл бұрын
Dadisha ko baga Nag Nuf Dhuftee umrii nuf Dheeradhuu Leenca ko
@ቅመምነኝዝንጅብል
@ቅመምነኝዝንጅብል 4 жыл бұрын
Jawee pm of Ethiopia welcome to
@zahrahajii3977
@zahrahajii3977 4 жыл бұрын
OMN ዉዲዲዲዲዲ 😍🇪🇹🇪🇹🇪🇹😍😍😍
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
❤️🌲❤️
@K2_A
@K2_A 4 жыл бұрын
ጀግናዬ👍👌💪💪❤💚❤
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
❤️🌲❤️
@oromiahafiizo7487
@oromiahafiizo7487 4 жыл бұрын
JAWEEE MAMAKSIIKE BAYE BAYE NAMATIITOLLA ABSHIIR HAQAKE RABIITU SIIFKAFALA!!!!💪💪💪💪❤💚❤
@letaajemagebisa7280
@letaajemagebisa7280 4 жыл бұрын
Ati nuuf qajeelchaa qabsoo Oromooti. Yoom iyyuu sin dagannu. Milliononni siduukaa jirra. duutus jiraattus kana caala waanti ati nuuf gootu hin jiru
@ajmanuae5445
@ajmanuae5445 4 жыл бұрын
Umrii dheradhu jawwee keen rabbii sii haa eguu
@yasminibrahim2426
@yasminibrahim2426 4 жыл бұрын
Rabiin si Haa gargaruu rabiin sii Haa eguu jawarr
@addisutollawurcha8204
@addisutollawurcha8204 4 жыл бұрын
OMN, WABII OROMIYAA ================== OMN Ijaa fi Gurra keenya Urjii Qabsoo Keenya Afaan Cunqurfamootaa Dhokataa Ifa Goota Iccitii Garboomsaa, Olqabdee Lallabde Mataa Saba keenyaa, Qabsoodhaan Ol-qabde OMN Ulfaadhu OMN Dagaagi Irra Nu’aansitee Roorroo Godaansitee (Weeddisa OMNf Qophaa'e Keessaa Kan fudhatame)
@hki5411
@hki5411 4 жыл бұрын
Omn👂🏿👂🏿👂🏿Oromo 👈jawar 💪💪💪💪💪👌
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
❤️🌲❤️
@zamzamzamzam3009
@zamzamzamzam3009 4 жыл бұрын
Jawwwweeeeee jawwwweeeeee we love you Inshaa alaa Rabbiin si haa qarqaruu ☝️🌹💚💚❤❤❤💚❤❤
@joycejoyce4922
@joycejoyce4922 4 жыл бұрын
ጃዋር ፈጣሪ ይጠብቅህ 🙏🙏
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
AMEN AMEN AMENNNNNNNNNNNNNNNNNNN❤️🌲❤️
@hawiitube3654
@hawiitube3654 3 жыл бұрын
Ameen ameen
@AnasoReliableNews
@AnasoReliableNews 4 жыл бұрын
Jawe keenya jabaadhu...u r our HERO
@jamilaaoromiyaaarsii7021
@jamilaaoromiyaaarsii7021 4 жыл бұрын
@geta agzen 👇👇👇👇
@safiyahajeno6299
@safiyahajeno6299 4 жыл бұрын
OMN Galatoomi Dadaa kenyaa nuufi Jiradhuu Umuri dhertuu
@jawaarjawweebulloodadishaa9136
@jawaarjawweebulloodadishaa9136 4 жыл бұрын
Jawwee ati inshallah bar 2020 motumma afrikaa tataa ambshiir abba dhuga
@wubegobena8607
@wubegobena8607 4 жыл бұрын
ጀዋር የብዙ በሽታ መድሀኒት ነው ብልህ ከሆናችሁ መድህን ካሻችሁ ትፈወሳላችሁ በምድር የማዳን ስልጣን ከተሰጣቸው አንዱ ነው የቡዳ የጦስ የምቀኛ የሸረኛ የተንኮለኛ ከነበሽታቸው ሳያልቁ ታደግልን ::
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
Amen 100% True....
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
ጀዌኮ የቡዳ መድሀኒታችን በርታ ❤️🌲❤️
@tewodrosalemu7467
@tewodrosalemu7467 4 жыл бұрын
cronavirus
@nenekeke7822
@nenekeke7822 4 жыл бұрын
Rabbii siibira yajiiraru Rabbii yoo qabaatee wamaa sii hin barbachiisu miirgaragaara Rabbii si’aachu!!!!!!!!
@ethiobestnation3469
@ethiobestnation3469 4 жыл бұрын
Jawwe Oromo always believed you! You're a Real person 💖😙👍
@kedijashafi417
@kedijashafi417 4 жыл бұрын
Very good masha Allah Galatoma omn & jawar
@bizubizu7065
@bizubizu7065 4 жыл бұрын
Jabadhu oromoo ko jabesii 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
❤️🌲❤️
@yasminibrahim2426
@yasminibrahim2426 4 жыл бұрын
Abiyii rip sif dhumate jaweeee 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪jabadhu nama dhugaf jiratuuuu rabiin ni gargara insha Allah
@ludadahelwa7689
@ludadahelwa7689 4 жыл бұрын
umurii dheera Raabini sii hakanuu
@sinbooshaawa1395
@sinbooshaawa1395 2 жыл бұрын
Uuuuuuuffff jawweee koo baga ijaan si agaree abba qeroofi qaree oromiyaa🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤💋💋💔💔💔💔💔💔💔💔❤❤❤❤💚💚💚💚❤❤❤❤❤
@jamilatube3730
@jamilatube3730 4 жыл бұрын
Jawee yaa jawee anuman maluma siif ta,a wolayi dhugaan tee rabii biraan debitii inshallaa
@urjijarso5971
@urjijarso5971 4 жыл бұрын
Jawaar keenya Waaqayyo inni Daawit wajjin ta'e uummata saba Oromoo wajjin haata'u
@lensagamee8177
@lensagamee8177 4 жыл бұрын
🙏🙏🙏
@naserweday9319
@naserweday9319 4 жыл бұрын
JAWEE JIRAADHU SEBOONAA OROMO 👍🏽👍🏽💪💪💪💪💪💪💪💪✅✅✅✅
@chalaadula453
@chalaadula453 4 жыл бұрын
Jawar Mohammed hero men
@jawaarjawweebulloodadishaa9136
@jawaarjawweebulloodadishaa9136 4 жыл бұрын
OMN MIDIYYAA DHUGA IJFII GURRAA UMMATTAA OROMOO JAWWEE NU JIRADHUU HAMMA RABIIN SIRAA HAA QABUU INSHALLAH
@feyerajaleta6307
@feyerajaleta6307 4 жыл бұрын
Braavoo!!!! Jawwaar Qoricha Qoraaliyoo Bilxiginnaa!
@sameerasameera1883
@sameerasameera1883 4 жыл бұрын
Welcome omn jawwe leencaa keenyaa umiri nuu dheeradhu
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
❤️🌲❤️
@sameerasameera1883
@sameerasameera1883 4 жыл бұрын
Hey123 💕
@taibagalatomisabonaprimo5153
@taibagalatomisabonaprimo5153 4 жыл бұрын
YAA RABBI HAYOOTAAKOOKANA NAFEEGII☝☝☝❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
❤️🌲❤️
@hikmuttii45
@hikmuttii45 4 жыл бұрын
Mee namni jawaar keenna jaalattu subscribe nagodhi pls
@wondwossonasrat9138
@wondwossonasrat9138 4 жыл бұрын
Hundii keenyaa kanii isaa jaalatuu
@lokohaji4781
@lokohaji4781 4 жыл бұрын
Jawaar umrii kee umrii harageessa sii haa tahuu. Onnee oromooti ati .....
@bizubizu7065
@bizubizu7065 4 жыл бұрын
OMN jabadhu ijaa fi guraa umataa
@feisaljemalbeker4572
@feisaljemalbeker4572 4 жыл бұрын
Jawwee kenya nuf jabadha tokkummaa sabarrattii ABO/KFO/PBO OMN
@waqayyooabdiikootii5625
@waqayyooabdiikootii5625 4 жыл бұрын
🌹🌹OMN💐💐💐❤❤💚💚❤❤💪
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
❤️🌲❤️
@abb8953
@abb8953 4 жыл бұрын
Jawee kena jawee kena akkanati gari ishegubi nafixanya kanafi sijibiti wakani isanitin bullta jawee ijji isani hajigu kesa kani silaltuni inshallaha ati rabi qabda wani tokko sihingotu garatu isgubata male inshallaha bidnilaya
@MaxamedXaajiibraahin6243
@MaxamedXaajiibraahin6243 4 жыл бұрын
bayyee bayyee galatomii nuuf jabadha
@tiyashewa8818
@tiyashewa8818 4 жыл бұрын
Jaweeeee lencooo umurii nu dheeraadhuu 😍😍😍👍👍👍👍
@smart9303
@smart9303 4 жыл бұрын
✉️🥇🥇🥇🥇🥇🥇🎁🎁🎁🌹🌹🌹🖤💜💛💚💙💗💞💌👁️👌👌👌👌💪💪💪💪💪💪💪💃💃💃💃💃😍😍😍😍በርታ እዳሰማ ክሽለቤ ሁሊ
@monica1062
@monica1062 4 жыл бұрын
💔💓💓💜💛💚💗💘💝💘💝💞💟👍💟💞💞💝💘💗💚💛💜💓💟💞💝💚💛💚💜💓💔👍💟💔💜💞💝💘
@hussienyuna2451
@hussienyuna2451 4 жыл бұрын
Jaallee Joohariif, yeroo adeemsaa araaraa sanitti, ati ummata oromoo tokko akka tayu itti yaaduun, garuu, eennummaa fi amala OPDOtiif beekumtii kennuufiin isaan shakkuu dhiifte amanuun ummatich isaaniif deebisee akka salaatuuf kan ummata OPDO irraa qabaneesitee fi hidhannoo hikkachiiftee fi osoo jiruu deebisani siganan. Amma anjeffatanii jiru waantayeef sabummaa wantijedhamee gaafatamu hinjiraatu jechuutti seenanii jiru. Ati dogongoraaf, oromoo miidhuuf gochicha raawwachuu baatus, OPDO amanuun kee anaaf cinqaa kiyya ture. Atis har'a har'a irrageettee argitee jirta. Gocha isaanii Yoom argite? ganaa dhaa! Kana siin jettuu kee siqeequuf osoo hintayin waan sijaaladhuuf, hanga beekumitti kiyaatti dhugaa argee fi arguutti jiru siif hime.
@gorjegeleta5276
@gorjegeleta5276 4 жыл бұрын
WBO 💘 WBO OROMOO OROMIYAA 💘💚💚🌹🏆
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
❤️🌲❤️ Meroo WBO is OROMO
@diboraayesus163
@diboraayesus163 4 жыл бұрын
Ummata oromoo hin ganina uuuuffff jawweekoo😥😥😥
@gargaduunnolee3867
@gargaduunnolee3867 4 жыл бұрын
Afaan si hin murin Lencaa Ilmaa Abbaa Gadaa! Ittii muddii.
@bahariissaofficial3587
@bahariissaofficial3587 4 жыл бұрын
Jawee ko ❤💚❤💪
@zinapf6656
@zinapf6656 4 жыл бұрын
Dhiisa yaa maraatani osoo wanti fedhe dhufee kun dubati nu deebisuu dhugaa malee dharti hin mootu osoo lafa kanarraa jirruu OMN hin cufamu kuni abjuudhaa jedhaati abiyiti nuuf himaa akka hin dadhabnee naaf jedhaani ilma mililikii saniini yoo sitti hadhaayes siida mililiki san jalatti awaalami naaf jedhaani angoorraayis inuma buuta qondariti ykn goojamiti galuuf qoqophaayi / jawaar ummata oromoo qofa osoo hin taane waan dhugaaf dhaabbatef rabbinu waliin jira /
@samuelfenta1789
@samuelfenta1789 4 жыл бұрын
Atti dhuguma dhiira Jawwee koo, Hamtun sinargin
@taibagalatomisabonaprimo5153
@taibagalatomisabonaprimo5153 4 жыл бұрын
JAWEEKOO nufjiraadhu
@gorjegeleta5276
@gorjegeleta5276 4 жыл бұрын
WBO 💘 WBO 💘 WBO OROMOO OROMIYAA 💘💚💚🌹🏆
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
❤️🌲❤️WBO MERROO
@appskwt1333
@appskwt1333 4 жыл бұрын
@@hey1232 kzbin.info/www/bejne/oKKtdpWteLmija8
@salehahussun757
@salehahussun757 6 ай бұрын
Obsa siif hakkenu atti hamma gidduu jirta ummuri dhertu nuuf jirradhu
@ebsaj7332
@ebsaj7332 4 жыл бұрын
የፖለቲካ ሳይንቲስት ሆይ ለዘላለም ኑርልን።
@BT-uy9kl
@BT-uy9kl 4 жыл бұрын
Kkkkkkkk የዘሪ ሳይንቲስት ሆይ ለዘላለም ኑርልን።
@shukria6559
@shukria6559 4 жыл бұрын
Jeweee Rabbin sihaatisu 🤲❤❤❤
@olyadbati3936
@olyadbati3936 4 жыл бұрын
jabaan akkanattiionnee bilitsiginaa addan diigaa
@sabaafjiraadhu7202
@sabaafjiraadhu7202 4 жыл бұрын
JAWWEE KOO HEDDUUN SIJAALANNA gaabbiin kee sirriidha dogongora ofii beekuun hayyummaadha
@zamzambersha7085
@zamzambersha7085 4 жыл бұрын
👍👍👍👍💪💪💪💪💪🙏🙏💯❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@MohamedMohamed-ic8zf
@MohamedMohamed-ic8zf 4 жыл бұрын
Mohamed a Mohamed I love o a m Go fourt
@lalisaburuse2579
@lalisaburuse2579 4 жыл бұрын
​Goota Goota Goota ጅግነው ​ጅግነው ​ጅግነው Brave!
@hermaborena9485
@hermaborena9485 4 жыл бұрын
The King 👑
@hey1232
@hey1232 4 жыл бұрын
❤️🌲❤️
@mulutube1713
@mulutube1713 4 жыл бұрын
ጃዋርዬ የኔ ጀግና 😍😍😍😍💛💛❤️
@melkamutadele5913
@melkamutadele5913 4 жыл бұрын
Jawar our hero. Long live .Omn our media.
@oromoofarsti2906
@oromoofarsti2906 4 жыл бұрын
Jabadhu rabbin si woli jira
@aswqaswqaswq1976
@aswqaswqaswq1976 4 жыл бұрын
Welcome OMN ijaaf gurraa Umaata
@sudeysaman528
@sudeysaman528 4 жыл бұрын
Jawar muhammed attii ilmaa oromoottii bar oromoo qulqulluu
@halimahalima6276
@halimahalima6276 4 жыл бұрын
rabbiin siyaa taksu jawaar kenya
@gali1268
@gali1268 4 жыл бұрын
My hero
@srsr2202
@srsr2202 4 жыл бұрын
wayi jawee akanatti isaan saxiili isaan kijibdotaa
@tolessaregassa6573
@tolessaregassa6573 4 жыл бұрын
OMN jiraadhu Oromiyaa fi Qiileensii ishee siin bilisoomtee
@abdulkadirmohammed309
@abdulkadirmohammed309 4 жыл бұрын
Atii dhugumaa hayyuu dhugatiii sii dukaa jiraa yommuuuuu
@workwork2712
@workwork2712 4 жыл бұрын
Baay.ee Namatti Tolttu Garuu Jabina Keessan Hojiidhaan Agarsiisaa Malee Asbaatanii Hin Dubbatinaa Jarri Korrojaadhaan Hojachuu Malee Adeemsa Mataa Isaanii Hin Qabani Icciitii Keessan Dabarsitee Isheewaniif Hin Kenninaa
@keenboonlammii9657
@keenboonlammii9657 4 жыл бұрын
Jawar my favourite
@nibrassiraj8283
@nibrassiraj8283 4 жыл бұрын
Hero
@yafetfray1941
@yafetfray1941 4 жыл бұрын
I like music 🎶 love 💕 jewar and his team
@rrjj1360
@rrjj1360 4 жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️👍👍
@fahmiabdulmajid1060
@fahmiabdulmajid1060 4 жыл бұрын
OMN OMN. Jawar2020Jawar2020Jawar2020Jawar2020Jawar2020Jawar2020Jawar2020Jawar2020Jawar2020Jawar2020❤️💚❤️💯👍👏🙏
@foziihuseenew885
@foziihuseenew885 4 жыл бұрын
Dadaa anii haa dhufuu😍😍😍
@tamenediribsa1371
@tamenediribsa1371 4 жыл бұрын
Dhukkee irraa kaasi opdo'n tola hin jaalattu!
@ketemasheshetu6868
@ketemasheshetu6868 4 жыл бұрын
Jawaar ati GOOTA hanga ammaatti goonni sin madaluu hin jiru.
Dargaggoo Dirqiin Waraanatti Guuruu
6:00
OMN
Рет қаралды 8 М.
ሶማሌላንድ በመጨረሻው ሰዓት!፣ እነ ዶናልድ ያማማቶ እንደገና?
59:01
Addis Compass Media / ACM / አዲስ ኮምፓስ ሚዲያ
Рет қаралды 3,6 М.
Wait… Maxim, did you just eat 8 BURGERS?!🍔😳| Free Fire Official
00:13
Garena Free Fire Global
Рет қаралды 9 МЛН
Человек паук уже не тот
00:32
Miracle
Рет қаралды 3,6 МЛН
PIZZA or CHICKEN // Left or Right Challenge
00:18
Hungry FAM
Рет қаралды 10 МЛН
Trick-or-Treating in a Rush. Part 2
00:37
Daniel LaBelle
Рет қаралды 38 МЛН
OMN   ODUU  SADAASA 7, 2024
18:40
OMN
Рет қаралды 8 М.
Qophii Addaa Filannoo Yunaaytid Isteets
29:01
VOA Afaan Oromoo
Рет қаралды 3,8 М.
Marii ministirri Muummee Dr.Abiyyi bakka buutota Hawaasaa Godinaalee Oromiyaa waliin taasisan.
1:09:17
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 278 М.
Jawar Mohammed: Abdii Sabaa
12:18
Daballee Studios
Рет қаралды 58 М.
Wait… Maxim, did you just eat 8 BURGERS?!🍔😳| Free Fire Official
00:13
Garena Free Fire Global
Рет қаралды 9 МЛН