KZ
bin
Негізгі бет
Қазірдің өзінде танымал
Тікелей эфир
Ұнаған бейнелер
Қайтадан қараңыз
Жазылымдар
Кіру
Тіркелу
Ең жақсы KZbin
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
TA'E REEFUU!!
9:10
Akalu Weldehana Gallata Qabna Afaan Oromo song
3:55
She made herself an ear of corn from his marmalade candies🌽🌽🌽
00:38
The Best Band 😅 #toshleh #viralshort
00:11
小丑教训坏蛋 #小丑 #天使 #shorts
00:49
Этот бой - Самое большое РАЗОЧАРОВАНИЕ за всю КАРЬЕРУ БУАКАВА!
01:00
WAAQAYYO WAAQA: HENOK JORJI
Рет қаралды 196,817
Facebook
Twitter
Жүктеу
1
Жазылу 244 М.
WAKJIRA TUBE
Күн бұрын
Пікірлер: 106
@tolsamuel3375
5 жыл бұрын
Faarfannaa kana yeroo mana Waaqayyoo keessa ture faarfate. Waggaa lama sadii dura sababa haala siyaasaa rakkisaa biiyya keenya keessa ture irraan kan ka'e mi'iiraa fi xiqiidhaan kaka'ee sirbituu/weellisaa ta'ee ture. yeroo ammaa kana garuu qalbii jijjirratee, gooftaasaatti deebi'ee barumsa amantii ittiin cimsatan (amantii cimsannaa) barachaa jira.
@leparadisdesjeuxtheparadis8402
4 жыл бұрын
henok mana waqayo isa kesati debiye jira wari malira jira jetanifi tiv mo,a irati sagata adda ofin farfachu jedhu jamare jira henok goftan baga mana isati gargare si debise jabadhu oji guda sira hena,,,,,,
@arifashak6072
5 жыл бұрын
Eyyeeee waqaa ashuuuuuuuu waqayyoo sii haa ebbisu dacha dacha ebbifaami Haleeluya yarikon jiigee Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen
@getachewdebsu15
5 жыл бұрын
faaruu hin quufamne. Jabaadhuu !!!. Caalmaatti ayyaanni waqauuoo sirratti mul'atee hojii dinqisiisaa karaa keetiinis biyya lafaatti akka mul'atuuf bara hamtuu kana irraa ofqusadhu !!!.
@namastetadesse6628
7 ай бұрын
ትርጉሙን ባላውቅም ደስ የሚል መዝሙር ነው የቋንቋ ባለቤት በእየቋንቋው ሲመለክ ደስ ይላል ተባረክልን ወንድሜ
@LalisaAssefaOfficial
5 жыл бұрын
Mee Henook kun eessaa fi maalirra akka jiru utuu nuuf himtanii warri beektan!
@tolsamuel3375
5 жыл бұрын
Qalbii jijjirratee, gooftaasaatti deebi'ee barumsa amantii ittiin cimsatan (amantii cimsannaa) barachaa jira.
@LalisaAssefaOfficial
5 жыл бұрын
@@tolsamuel3375 galatoomi
@obseenegaayesus1713
5 жыл бұрын
Anaaf ille wa'en isaa gaffidhaa ijjollee
@mekiyaabdullah8686
5 жыл бұрын
@@tolsamuel3375 Dhugaa moo siila uuuuuff waqqayoo osoo gargaree
@tolsamuel3375
5 жыл бұрын
@@mekiyaabdullah8686 " Dhugaa dha. Kuni oduu qabatamaa dha.
@birtukanbelongtojesus29.
5 жыл бұрын
Amen Alfa fi Omega kan hin jijjiramne Waaqayyo Goofta keenyaf Galanni haa baay,atu Eebbifama Iyesus Gootuma Gootaa
@freeman3611
Жыл бұрын
Unique Talent Henok George! Eebbifamii. Eyesus gootuma gootaa!
@ummfaisalfaisal4716
5 жыл бұрын
Yarikoo jigsee irra nu demsiise Yes!!!!!!🎤🎤🎤🎤👏👏👏👏👏👏👏
@tensumamush9918
5 жыл бұрын
Amennnn tebarek tirgumu bayigebagnim kibru leyesus new mezmuru legeta new
@gannitjaw4624
5 жыл бұрын
Ameen Ameen waqayo dach dachan si ebbisuu
@zaduubogala8270
5 жыл бұрын
Ebifamaa ashuu waqayoo waqaa hin jiraramuu senaa gedaraa
@mercybekele1778
2 ай бұрын
What a song! Blessings
@yerusalemii1389
5 жыл бұрын
Waqayyoo sii ha ebisuu dacha dibata siifi haa dabaluu Amennn Amennn Amennn Ayaleluyaa Amennn Amennn
@seenaawakejirawary5999
5 жыл бұрын
GOD bless Oromo and Oromiyaa 🙏🙏 baa'yee baradhaa👌
@bzbzbzbzjjzjx805
5 жыл бұрын
AMEEEEEEEEEEEN AMEEEEEEEEEEEN AMEEEEEEEEEEEN AMEEEEEEEEEEEN EBBIIFAAMAA EBBIIFAAMAA EBBIIFAAMAA guddaa taberakuuu bebuz
@jackhdayed8751
5 жыл бұрын
Ameeen Eebbafamaa waaqayyoo in haa eebbisuu garuu namni kun Weellisaadhan se'eem
@roziiyoutube7210
2 жыл бұрын
eyeni welisa tureee
@betuunamaa9869
4 жыл бұрын
God is good and remains to be God forever.
@buzuneshibaayisaa2737
5 жыл бұрын
Amee ameen ebifaama faarafana fi addaa wali qabsfatani hoojachu keessanif waaqayo sin ebisuuuùuuu
@jesuswonderfulyes3337
5 жыл бұрын
Wow ebbifamaa waqqayyoo waqqaa Ameeen ebbifamii darbaa demaa uufffeee ililililililililili
@chadyabourjeily6102
5 жыл бұрын
Amen ebifaamaa ijoolee goftaa 👏 👏 👏
@alamegonfa3966
5 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeeeeeeen Woowwww God bless you Eebbifama eebbifamtoota koo
@ganetmucaaiyesusiyesus3909
5 жыл бұрын
Ebifamii dacha garuu garaa goftaa isaa fayyissa kannatti debitte moo akaam
@tolsamuel3375
5 жыл бұрын
Faarfannaa kuna utuu mana Waaqayyoo keessa jiru faarfate. Waggaa lamaa sadii dura sababa haala siyaasaa rakkisaa biiyya keenya keessa ture irraan kan ka'e mi'iiraa fi xiqiidhaan kaka'ee sirbituu/weellisaa ta'ee ture. yeroo ammaa kana garuu qalbii jijjirratee, gooftaasaatti deebi'ee barumsa amantii ittiin cimsatan (amantii cimsannaa) barachaa jira.
@ganetmucaaiyesusiyesus3909
5 жыл бұрын
@@tolsamuel3375 Uuuuuuuuuuuffffffeeee waqayyoof haa galatuu bagaa isaa gargaree 🙌🙌🙌🙌😍
@lidiyaa1gedafa347
5 жыл бұрын
waqaayyoo waqa hin jijiramuu waqaayyoo waqa seenaa jijiraa waqaayyoo waqa ummaa tolisa Ameen uuuuuufff farsaa mucaa kana hedduuu jaladhaa ebbifam henok
@beriberi9308
6 ай бұрын
Ameeeeeeen iyesus gotumma gotaa iliiliiiiiii iliiliiiiiii iliiliiiiiii haleeluyyaa Ameeeeeeen 🎉🎉🎉
@birkourgaha7039
Жыл бұрын
Iyaasuus gootuma goota .....waaqsyyo ogummaa isaa irratti dabalee dabalee sina haa eebbisu!
@sinasina7999
5 жыл бұрын
Ameeeeeen Waqayyoo isaa haa ebisuu
@brahanedabala7164
4 жыл бұрын
Ameeeen eebbiifamaa dachaa dachaa
@meseretsarah6044
Жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ebbifamaa Saba Waqqayyo the
@ramusalemeh7850
4 жыл бұрын
Ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ebbiifaamii dachaa
@abdisachimdessa5777
3 жыл бұрын
cimaa nama sirbaa bastee jechuukee dhaga^ee youtube kee sakatta^ee turee ammaa argadheeraa ebbifamii
@diborajesus8385
5 жыл бұрын
farfanich baayyee basreda gaaru uffanan keessan biyyaa lafara garagramuma qabu maalo farfatoni keenyaa of sireesaa
@jackgudetaofficial
5 жыл бұрын
dibora db Uffata aadaa oromoo maltuu kan biyya lafa godhe isaa kan immo kan waqaara godhe.
@iamchildofjesuschrist7003
5 жыл бұрын
Woowwww bayye namatii tolaa
@samyassine5236
5 жыл бұрын
Eyyen iyesus💪gotumma gutta halleluya ebbifama 🙇♀️🙇♀️🙇♀️🙇♀️📖📖📖📖💚💚👌👌💌💌🌷🌷🌷🌷ammeeeeeeeen
@petersamson8414
5 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeen ameeeeeeen bari keesan haa ebifamu ebifama ijoole dibaata 🎤🎤🎤🎤🎻🎻🎻🎻🎸🎸🎸🎺🎺🎺📯📯📯🎼🎼🔔🔔🎸🎸🎸🎷🎷🎷🔊🔊📢📢📢📣📣📣📯📯🎤🎤🎤🎤🎧🎧🎧🎧🎧🎤🎤🎤
@sinanbonayesusee4046
5 жыл бұрын
Dhuga bay'en jaladha farsaakana ebifami obbolesaako
@hassetdechasa2484
Жыл бұрын
❤❤❤❤❤waqqayon issin yaa ebbisu
@sinbookooyeesuuabbaagaarii2338
5 жыл бұрын
in jiruu injiratuus Ameeeeen Ameee
@maskaraathyobua1378
2 жыл бұрын
Eebifamaa gudda
@buzuuangeecha3524
3 жыл бұрын
Waqaayoo sii eebbisuuu
@sarajesesisarajesesi1511
5 жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ebbifami dachaa dachaa
@jiituuamboofinfinnee9104
5 жыл бұрын
Waaqa............ebbifaami...✅👍
@yosefsorsa8064
4 жыл бұрын
i love this song very much .
@fayzamade8624
5 жыл бұрын
Ameeeeeeennnnn.yarikoo.jigse.iraa.nuu.demsise
@ummfaisalfaisal4716
5 жыл бұрын
Wwwwwwww DINOONNI koo dhumaniruu ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen 👏👏👏👂👂👏👏👏👏❤💓💔🎤🎤🎤🔊🔊📢📢📣
@Oroentertiament
5 жыл бұрын
HENOK KOO BAYYEE BAREDAA DHUGAA
@mesmeserati9425
5 жыл бұрын
Amen eyaswsisu gotumakota
@yaiibest1218
5 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeen AmeeeeeeeeeeenAmeeeeeeeeeeeen dhugaadhaa yarikkoon jigeraa ebifaamaa dachaa yesus gottaaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙌🙌🙌🙌👏🕊🕊🕊🕊🕊🕊🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@hawaaimon3647
5 жыл бұрын
Ebbiifaamaa gaaruu
@zenbabatadesse
10 ай бұрын
❤ Eebbifami!
@sarajesesisarajesesi1511
5 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Haleluyaa Kibir Kibir Kibir Kibir Kibir
@dinqedassaallenyiduresa7170
5 жыл бұрын
iyeesus gootuma gootaa Ameen eebbifamaa
@mertamerga3218
3 жыл бұрын
Ebifamaa ijoollee waqayyoo🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@tigistdesta9809
Жыл бұрын
maal jennaa ebifamii
@maeenmansoor2090
5 жыл бұрын
Amen Amen ebbifaama
@qqqq7319
4 жыл бұрын
Ameen Ameen ebifamaa matii kakuu
@maritalamu1757
10 ай бұрын
አሜን ❤❤
@brahanedabala7164
4 жыл бұрын
AMeen ebifami ❤️
@jallatamaakooyesuskood7797
5 жыл бұрын
Uuuiuuuuuuuuuuufffffffeeee waaqayyoo waaqa hin jijiramuu😢
@arfasetefera
2 жыл бұрын
Baay'ee nati tollerra.
@arfasetefera
2 жыл бұрын
💖💖💖💖💖💖💖💖💝💝💝💝💝
@chaltiukamisoo103
5 жыл бұрын
Ammeenii ebbifamaa
@getachewdebsu15
5 жыл бұрын
Indigenous and origin poem ! thanks.
@shawayewadajo5390
5 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen
@abdiinjiraabdiinjira5903
5 жыл бұрын
Ameeeeen ameeeeeeen ameeeeeeen ameeeeen elelelelelelelelelele elelelelelelelelelele elelelelelelelelelele ebbiffammaaaa
@selamlove3421
5 жыл бұрын
Amen and super beautiful
@BosiKore
4 ай бұрын
Good too👍🙏🙏🙏
@habtamudream8442
5 жыл бұрын
Farfannaa dansa garuu farfataan kun gara Yesus deebiee jiramoo gara sirbaatti deebiee ture? Waaqayyoo isa haa gargaru. Jabaan Yesus duwwaadha.
@buze.wabikoo.kiristosiolik147
5 жыл бұрын
AMMEENN.AMMEENN Ammeenn Ammeenn ebbifami dachan 🤲🤲🤲🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@fatihfatiha3740
3 жыл бұрын
Ebbifamaa
@fantuutaresa3191
3 жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen
@shawayewadajo5390
5 жыл бұрын
Ebifamii
@እየሱስጌታነው-ገ9ቸ
5 жыл бұрын
God bless you
@brahanedabala7164
4 жыл бұрын
Good 👍👍👍
@shawayewadajo5390
5 жыл бұрын
Namatii tolaa
@husseinalmais3095
5 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeeen Ameeeeeen
@bachamulatu9617
5 жыл бұрын
AMEEN
@fatihfatiha3740
3 жыл бұрын
Ameen
@liyunewselame7036
5 жыл бұрын
Ashuuuuuuuuu eye yesus yariko dige ira nu demsise yesus jiratadha
@brahanedabala7164
4 жыл бұрын
❤️💚❤️
@yoofiifmangistuu30
5 жыл бұрын
viidiyoon kun yoom hojjetame?
@yesusmalejirenyihinjiru2562
3 жыл бұрын
Wwwwwww 😍😍😍
@BosiKore
4 ай бұрын
Ameeen Ameeen 🤲 ♥️ Ameeen Ameeen 🤲 ♥️ Ameeen Ameeen 🤲 ♥️ Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ❤❤❤❤
@abdinijiraaabdinijiraa2544
2 жыл бұрын
Amen 🙏🙌
@AmanuelTamasgen5507
10 ай бұрын
❤
@brahanedabala7164
4 жыл бұрын
😍😍❤️❤️❤️👍❤️
@abdisaweyuma6734
8 ай бұрын
😮😮😮😮😮
@hamlkeehoyhulmyatemirchuno5984
3 жыл бұрын
Kkkkkkkkk Akumaa tattanuu wallallatanii amaa kunoo🤣🤣kkkk
@kennadawit6434
3 жыл бұрын
Like love and the first 5th the first 5th the same way
@TegenuMegersa
9 ай бұрын
Ok
@aliahamze4452
5 жыл бұрын
wwwwwwwooooo🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌳🌳🌳🌳🌳🏳🏴🚣💖💖💖💖
@lamessaadaba8792
3 жыл бұрын
💚💛💛💛💛💛👍👍👍👍👍👍👍👍😻😻😻😻😻😻
@ummfaisalfaisal4716
5 жыл бұрын
Wwwwwwww DINOONNI koo dhumaniruu ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen 👏👏👏👂👂👏👏👏👏❤💓💔🎤🎤🎤🔊🔊📢📢📣
@tvifaaharaa
19 күн бұрын
Ebbifamaa
9:10
TA'E REEFUU!!
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 347 М.
3:55
Akalu Weldehana Gallata Qabna Afaan Oromo song
Akalu Weldehana Official
Рет қаралды 807 М.
00:38
She made herself an ear of corn from his marmalade candies🌽🌽🌽
Valja & Maxim Family
Рет қаралды 18 МЛН
00:11
The Best Band 😅 #toshleh #viralshort
Toshleh
Рет қаралды 22 МЛН
00:49
小丑教训坏蛋 #小丑 #天使 #shorts
好人小丑
Рет қаралды 54 МЛН
01:00
Этот бой - Самое большое РАЗОЧАРОВАНИЕ за всю КАРЬЕРУ БУАКАВА!
БЕЗУМНЫЙ СПОРТ
Рет қаралды 2 МЛН
6:04
HENOK JORJI : NATTI TOLA!
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 60 М.
4:42
Bereket Tesfaye በረከት ተስፋዬ Waaqa Guddaa
Bereket Tesfaye Official
Рет қаралды 3,4 МЛН
6:40
Si'arganchookoo waanhudarra naaf caala/Addisuu Waayimaa /
Genet Feyissa
Рет қаралды 237 М.
18:44
MAGARSAA BAQQALAA FAARFANNAA _@2016
Amanti studio
Рет қаралды 135 М.
3:52
Ta'e Reefuu! Faarfannaa Cidhaa 2023
Milkisaan Tube
Рет қаралды 57 М.
7:59
UUMAA MARAA: DAMEE FIQAADUU
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 1,5 МЛН
6:16
Faarfannaa oromiffaa: Abbaa Gaarii dha/ Yaadasaa Shirii dhaan
mandiicom
Рет қаралды 565 М.
6:49
JAALA ARAARAA: HIRPHA BAHIRU
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 1,4 МЛН
7:20
Garaa Kootii Hin Badu
DASTAA HINSARMUU
Рет қаралды 56 М.
8:26
Best Oromo protestant christians song by Henok George
Tariku Negese
Рет қаралды 34 М.
00:38
She made herself an ear of corn from his marmalade candies🌽🌽🌽
Valja & Maxim Family
Рет қаралды 18 МЛН