Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 9

  Рет қаралды 157,487

Yegna

Yegna

4 жыл бұрын

Warri ‘Keenyaa’ yunivarsitii daawwachuuf hedduu dharr’aaniiru.. Hundi isaanii fuulduratti maal akka ta’uu barbaadan ammaan eegalanii irratti yaadaa jiru. Loomiin akkoo ishee dhiistee deemuunii fi jaalala hojii rifeensaatiif qabdu walitti ida’amee yaaddoo itti ta’eera. Daawwit seera qu’achuuf fedhii yoo qabaatellee abbaan isaa kan karoorsaniif waan biraa dha. Kan turban kanaa ‘Yenyaa’ seenaan hunda keenyaa maal qabatee dhufa laata?
Subscribe: bit.ly/2wPney7
Connect with Yegna
Facebook: / yegna
Instagram: / yegna_official
Listen to the entire Yegna MUSIC: bit.ly/2gyZ4Sw
Listen to the entire Yegna DRAMA: bit.ly/2xB8Hph
Yegna is a multi-product brand rooted in Ethiopian culture and established to inspire positive changes for girls. The brand - and the media products that sit within it - challenge the way people think about girls and the way girls think of themselves.
የኛ የኢትዮጵያ ባህል ላይ መሰረት ያደረገ የሙዚቃ፣ የድራማ እና የቶክ ሾው ፕሮግራም ሲሆን ማህበረሰቡ ስለ ሴት ልጆች ያላቸውን እንዲሁም ሴት ልጆች ስለ እራሳቸው ያላቸውን አስተሳሰብ እንዲፈትሹ የሚያደርግ ሚዲያ ነው
አዲስ ቪዲዮዎቻችንን ለማግኘት ሰብስክራይብ አድርጉ: bit.ly/2wPney7
ተጨማሪ ክፍሎችን ያዳምጡ: bit.ly/2xB8Hph
የየኛን ሙዚቃ ያዳምጡ: bit.ly/2gyZ4Sw
ከ Yegna ጋር ይገናኙ:
Facebook: / yegna
እንኳን ወደ የኛ ዩ ቱዩብ ገፃችን እንካን ደህና መጣችሁ!
የ’የኛ’ ቤተሰብን ለመቀላቀል ገፃችንን ሰብስክራይብ በማድረግ በየጊዜው ስለሚወጡ እና ከዚህም በፊት በነበሩን ሙዚቃዎችን፣ የቲቪ እና የሬዲዮ ፕሮግራሞችን ላይ አዲስ መረጃ ማግኘት ትችላላችሁ፡፡
እኛም በፕሮግራማችን ላይ ያላችሁን አስተያየት ከእናንተ መስማት እንፈልጋለን፡፡
ገፃችን ሁላችንም እኩል የምንሳተፍበት እና መልካም የሆኑ ሃሳቦችን የምናንሸራሸርበት ሆኖ እንዲቀጥል እነዚህን ቀላል መመሪያዎች እንከተል
• ስለየኛ ያላችሁን ሃሳብ ሳትቆጥቡ ሁሌም ቢሆን አካፍሉን፤
• ይህ መድረክ ሁላችንም በነፃነት የምንወያይበት እንዲሆን የምንፅፋቸው ነገሮች የሌሎችን ሃሳብ የሚያከብር መሆኑን አረጋግጡ፤
• በገፃችን ላይ የምታቀርቡትን ሃሳብ ወይም አስተያየት በደስታ እናስተናግዳለን! ነገር ግን ገፃችን ገንቢ ነገሮችን የምናገኝበት ሆኖ እንዲቀጥል ሰዎችን የሚያጥላላ፣ ጥቃትን የሚሰነዝር ወይም የስድብ ይዘት ያላቸውን አስተያየቶች በፍጥነት እናወርዳለን፤
• ልብ በሉ! ሃሳባችሁን በምታካፍሉበት ጊዜ ለብዙ ሰዎች የሚደርስ በመሆኑ ማንነታችሁን እና የግል መረጃዎቻችሁን የማይገልፅ መሆኑን አረጋግጡ፤
• የገፃችን ዋነኛው እሴት መከባበር ነውና በተሳትፏችሁ ሁሉ መከባበርን መሰረት ባደረገ መልኩ ይሁን፤
• ለሌሎች መልስ ከመስጠታችሁ በፊት የመልሳችሁ ይዘት የሌሎችን ስሜት የማይጎዳ ወይም በምንም አይነት ሁኔታ ስጋት ላይ የማይጥል መሆኑን አረጋግጡ፤
• በ’የኛ’ ማህበራዊ ገፅ ላይ የየኛ ያልሆኑ የምርት ወይም የአገልግሎት ማስታወቂያዎችን አንደግፍም፤ በሚገኙበትም ጊዜ በፍጥነት እናወርዳለን፡፡
የ’የኛ’ ዩ ቱዩብ ገፅ ሁላችንም በነፃነት የምንወያይበት የማህበራዊ ድህረገፅ ለማድረግ እንዚህን መርሆች የሚጥሱ ነገሮቸ ካሉ ወዲያውኑ እናወርዳቸዋለን! እናንተም ከየኛ ጋር ስለሆናችሁ በቅድሚያ ልናመሰግናችሁ እንወዳለን፡፡
YEGNA IS FOR ALL OF US!!
Dear viewers,
We are excited to hear what you think about 'Yegna.' We want this to be a welcoming space for you , so feel free to express yourself. For this space to remain welcoming and open to all we need your help to keep it that way. This is your community. Feel free to speak up and tell us what you think or report anything wrong or inappropriate you see on this platform. You can write a comment or email us at ethiopia@girleffect.org or join us on our Yegna Facebook Page.
We can all keep 'Yegna' youtube page positive in the following ways:
- Help defend others. If you feel that users are being treated badly or others are being mean spirited. Report harassment and bullying of others. This is the best way to show that bad behavior will not be tolerated so offenders can be banned.
- Respect others by not using bad, rude or offensive language. Sexually explicit, obscene or offensive language is not allowed and spam and advertising will be removed immediately.
Keep yourself safe. Do not give out your personal information. Never tell people:
- your real name (make up a nickname)
- your age,
- your address,
- the name of your school,
- your email address or phone number, or
- any financial information or passwords.
Avoid meeting up with people you meet online. but if you do meet up make sure that you have an adult or your parent or guardian with you. If you are under 18 years old please make sure to get permission from your parent or guardian to visit 'Yegna' KZbin so you can visit under an adult’s supervision.
#Yegna

Пікірлер: 179
@fekerbrhanu3688
@fekerbrhanu3688 4 жыл бұрын
በጣም ጥሩ ነው በሌሎችም ቋንቋዎች ቢተረጎም ለውጥ የሚያመጣ ድራማ ነው በርቱ 👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽🙌🏽🙌🏽🙌🏽🙌🏽🙌🏽🙌🏽
@walloomedia7571
@walloomedia7571 4 жыл бұрын
Kutaa 1hanga sagalii guyyaa tokkottiin ilaale baay.ee namatti toltan kutaa 10ffaa maaloo isin eeggachaa jirra dafaa kottaa 🥰🥰
@afghhhjesdgy6248
@afghhhjesdgy6248 4 жыл бұрын
Bay.eeee bay.eeee Gammadeeee Afanii oromo nuu gochuu keessanifiii Garuu Anii akkaa Afanii oromoo hojjatanii hin aggaree tureee afanii amaraa issinii hordofaaa tureee garuu ijumanii issinii illallaaa maleee guraaa kiyyanii hin dhagahuuu tureeeeeeee
@BeletuGirmaa-cn3qu
@BeletuGirmaa-cn3qu 20 күн бұрын
Baay'ee gaarii dhaa barumsaa guddaa qabaa .anii afaan laachuu naan dhagaa'a gaaruu warraa afaan amaarifaa hin dhaageenyef A/oromoo ti jiijiruun keessaan baay'ee namaa gaamachisaa jajaabadhaa kutaa itti annuus nuu fidaa.❤❤❤
@kidimassoud4414
@kidimassoud4414 4 жыл бұрын
Uffee lomiikoo atii akkakoo turtee dhugaa ani akka siin turee harmee tiyya dhiisee biyyaa bahuun du,aa nattii fakkaachaa turee garuu maal gochuutuu jiraree ???? Garaa jabaachuu malee jireenyii biyyii lafaa hin ulffaattii baay,ee bareeda 👉nuu duraa duubattii hin deebi,iinaa maaloo itti nuuf fufaa, please, please, please👈 sin jaalanna siin hawwinaa obsaan siin eegganna♥♥♥💚💝💕😍😍😍🙏🙏🙏🙏🙏💟♥♥♥
@meseretreta8104
@meseretreta8104 3 жыл бұрын
Uuuuff bayyeeeeee namati tolatanu argaa guddaa qabaa nuf huradha😘😘😘💕💕👏👏👏
@burutukanshawaa7320
@burutukanshawaa7320 4 жыл бұрын
bay'ee namati tolaa ergaa gudaa.qabaa😘😘😘😘😘👍🙏
@abdimulugeta8922
@abdimulugeta8922 Жыл бұрын
Bayy,ee naati tolee 👍👍👍👍👍👍
@bitaniyabekele1597
@bitaniyabekele1597 4 жыл бұрын
Jabadhaa itii fufaa bayee barumsa garidha ❤️💓💓💓💓💓💓💓💓💓💋💔💔💋💋💋💔💔💋❤️💕💖💕
@abdulahifathi5856
@abdulahifathi5856 3 жыл бұрын
Baay'ee namaatti tola ♥️♥️♥️♥️Kutaa itti aanu walduukaa itti nuuf fufaa
@barsisehayile6613
@barsisehayile6613 4 жыл бұрын
Uuuufff hundii kesaanii akka nama maratanii itti fufaa 😍
@haadhaseenaa2670
@haadhaseenaa2670 4 жыл бұрын
Baga Nagaan Dhuftan yegna sin jaaladha warri jaalattan like
@umarbaalee7186
@umarbaalee7186 4 жыл бұрын
Waaw baga nagaan dhufttan baye tokko namatti tolttan maaliihin baddani garuu🤔😘😘😘🤔
@fayaasanyiioromo8732
@fayaasanyiioromo8732 4 жыл бұрын
Umari Umari Subscribe naa godhaa qali please kzbin.info/door/CCxFUN8XJacip3ZkAcfg2Q 🌹🌴
@umarbaalee7186
@umarbaalee7186 4 жыл бұрын
@@fayaasanyiioromo8732 ابشر ماي مشكلا ارستي توب ان صوي مشا ركاه
@feenetmohamed291
@feenetmohamed291 4 жыл бұрын
Guddaa Galaatooma yenyaa diraama baayyee jaaladha ❤
@hawenkoo4157
@hawenkoo4157 4 жыл бұрын
Bagaa naganii dhuftanii bayee namatii tolaa jabadhaa itii fufaa😍😍😍💕💕💕
@gutuabeya5378
@gutuabeya5378 3 жыл бұрын
Loved it! Jabaadha.
@iyasu.7618
@iyasu.7618 4 жыл бұрын
wowwww bayee namatii tolaa jabaadha ❤❤❤
@mmnn4640
@mmnn4640 3 жыл бұрын
Bayy'ee namati tola jabaadha❤️❤️
@alliyoshito5662
@alliyoshito5662 4 жыл бұрын
boqonnaa 1 kutaa 10ffaan ciisee eeggachaa jira an maaloo dafaa nuuf gad dhiisaa baay'ee namatti tolaa seenaan keessan
@afghhhjesdgy6248
@afghhhjesdgy6248 4 жыл бұрын
kkkkkkkkk Anniii garuuu dhabbadeee eggaaa jiraaaaaa
@madinaaadam3576
@madinaaadam3576 4 жыл бұрын
Kkkkkkkk anis aksumaa
@maayub8806
@maayub8806 4 жыл бұрын
Anisi akkuma keettiti
@fuaadkamil6571
@fuaadkamil6571 4 жыл бұрын
Silaa garuu sibaa Kan afin oromotiti jijirtani garidhaa
@masartajman5517
@masartajman5517 4 жыл бұрын
wwww bayyyee namatii tolaa jajabewanii kooo nuf jiraadha itttii nuf fufaaa 😍😍😍😍😍
@sjshfusk8119
@sjshfusk8119 2 жыл бұрын
Oromoo koo nuti bakkaa maratti barenna bar nuf jiraadhaa ittin jabaadhaaaaaaaaàa
@etvlp3373
@etvlp3373 Жыл бұрын
Jabadha,ijolee,oromokoo💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍👍🖐🖐🖐🖐🖐✊✊✊✊✊✊
@martagirma-nf8tk
@martagirma-nf8tk Жыл бұрын
Wawwww bayyee namaati tolaa nufi jabadhaa ❤❤❤❤❤❤🤙🤙
@user-vr6tt1ni7t
@user-vr6tt1ni7t 3 жыл бұрын
Heddu namatti tola. Jabaadha ayy
@mikeabboud5654
@mikeabboud5654 4 жыл бұрын
Ergaa gudaa qabaa galtooma jabadhaa itti fufaa🥰🥰
@kanziishataakittibaadiiyaa3231
@kanziishataakittibaadiiyaa3231 2 жыл бұрын
Wòòòòòòw dhuga Baayyee namatii tolla jabaadha
@foziyeearsiiasallaamadena6097
@foziyeearsiiasallaamadena6097 4 жыл бұрын
Wowowowwo diramaa senaa hundee bayee jaladhaa dafaa gadii nufii dhisaa 10. Adunyaa atii diramaa amasiloo esaa gotee
@tigisttigist1669
@tigisttigist1669 4 жыл бұрын
wow bayee namati tolaa dhugaa halumaa kanan itti fufaa
@zenabaagarbee2371
@zenabaagarbee2371 4 жыл бұрын
Uuuufi bayeee jaladhaa ijoleee Tanaa Garuuu Nafxanyaaa Tatee maleee
@sabbontuoromo2427
@sabbontuoromo2427 4 жыл бұрын
Bayye namatti tola jabadha 👍👍💔💔😘😘😘
@jessicakhawaja7804
@jessicakhawaja7804 4 жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️Bayyee bayyee namatii Tola jabbadha
@almewako6613
@almewako6613 4 жыл бұрын
Wawa baayyee gaaridha jabaadha haaluma kanani
@betibest7194
@betibest7194 4 жыл бұрын
Jabadha nati tola wow😍😍😍
@tofiqtube8243
@tofiqtube8243 Жыл бұрын
Right
@dawitimana6543
@dawitimana6543 Жыл бұрын
Bayyee Guddaa Galaatooma Good ❤❤❤❤💘💘💘💘👏👏👏
@madanitbekele1272
@madanitbekele1272 2 жыл бұрын
Bayee namati tolaa jabadhaa
@saadu7901
@saadu7901 Жыл бұрын
Woow heduu takaa namaatii toltanii jabaadhaa 🎤🥰🥰
@galaneb2340
@galaneb2340 Жыл бұрын
Wow
@zediabilel3203
@zediabilel3203 4 жыл бұрын
Love you sanyi oromo
@gretchentomas700
@gretchentomas700 4 жыл бұрын
Bay.ee namati tolaa jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@galaneb2340
@galaneb2340 Жыл бұрын
Baye namati tolaa jabadhaa
@abdallakasem5161
@abdallakasem5161 4 жыл бұрын
Baga nagaya dhuftanii
@hasanemiskawi5237
@hasanemiskawi5237 4 жыл бұрын
Baye Namttii Toltu💐💐💐
@kadiirahmed9089
@kadiirahmed9089 3 жыл бұрын
Barsiisa baromsa qarayo hawassa jirenya golgolaa sii namarraa ibssa ❤❤❤❤mal qaba osoo barsisonni hundinu akka kana ta.e
@0bseemohammed215
@0bseemohammed215 3 жыл бұрын
Ijole tena ta oromo baha asi jala dema ijole oromo gudisa
@sabootuuwallaggaa5856
@sabootuuwallaggaa5856 4 жыл бұрын
Bayyee namaa tollaa.galatoomii ❤❤❤❤
@zediabilel3203
@zediabilel3203 4 жыл бұрын
Wowo
@iftuunajaa9081
@iftuunajaa9081 4 жыл бұрын
Bayyee namati toolaa jabadhaa
@MakkahMakaa
@MakkahMakaa 7 ай бұрын
Jabadhaa❤❤❤❤❤❤❤
@salamaydiko6898
@salamaydiko6898 4 жыл бұрын
ዋውውውውውውውው
@obseeobsee5787
@obseeobsee5787 4 жыл бұрын
Wwwwo bayyee namati tola jabadha
@salamaydiko6898
@salamaydiko6898 4 жыл бұрын
ምረጦች
@hosaenhosaen6814
@hosaenhosaen6814 4 жыл бұрын
❤❤❤❤
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 4 жыл бұрын
Bareeda jabaadha
@user-bp9lb6xk8h
@user-bp9lb6xk8h 8 ай бұрын
@Tigist805
@Tigist805 Ай бұрын
❤❤❤
@seennaaseennaa3411
@seennaaseennaa3411 4 жыл бұрын
wwwoww jabadhaa ittii fuufaa❤❤👍👍
@fayaasanyiioromo8732
@fayaasanyiioromo8732 4 жыл бұрын
Subscribe naa godhaa qali kzbin.info/door/CCxFUN8XJacip3ZkAcfg2Q 🌹💖💓🌴
@burtukaanintalaaambo6308
@burtukaanintalaaambo6308 4 жыл бұрын
WOWO
@amentube2977
@amentube2977 4 жыл бұрын
በጣም ጥሩ ነው #artist genet nigatu
@nihangalata2643
@nihangalata2643 4 жыл бұрын
Jabadha namati tolaa dadafati nuuf gadhisaa maloo
@hdrhhrhrthhdhrfhhf1690
@hdrhhrhrthhdhrfhhf1690 Жыл бұрын
❤️❤️🙏
@kebekmucajimma2079
@kebekmucajimma2079 Жыл бұрын
Dhugaa baay'ee nama buhaarsa
@sarahuji7381
@sarahuji7381 Жыл бұрын
🥰🥰
@lalatulala9676
@lalatulala9676 4 жыл бұрын
❤❤
@chalabeleta6091
@chalabeleta6091 Жыл бұрын
Ayi afaan oromoo
@hafsa7731
@hafsa7731 4 жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤
@samiraasamiraa163
@samiraasamiraa163 4 жыл бұрын
Jabadhaaa Namatii tollaaaa
@gadaacode
@gadaacode 4 жыл бұрын
Please correct the spelling. Seenaa #Hunda #Keenyaa | #Boqonnaa 1 kutaa 9 Those words starting with hashtag are corrected.
@samiiraabdulkariim648
@samiiraabdulkariim648 4 жыл бұрын
Www heduu takka namati toltani
@waqayoohaadha2503
@waqayoohaadha2503 4 жыл бұрын
wwwoo❤❤❤
@bashat5742
@bashat5742 Жыл бұрын
👌 👏 😍 👍 🥰 ☺
@alamituugiree2461
@alamituugiree2461 4 жыл бұрын
Wowowowowowowowo Jabadhaa
@user-ln7vu1uo4y
@user-ln7vu1uo4y 16 күн бұрын
Akkkkkkk maykin bana turee 😮
@jituusalalee6892
@jituusalalee6892 4 жыл бұрын
💓💓💓💓💓❤️💋
@firimucajimmaa3375
@firimucajimmaa3375 Жыл бұрын
💚💚💚
@hinqaalatimaleedhugaahinci1113
@hinqaalatimaleedhugaahinci1113 4 жыл бұрын
Kkkk hayilee namatii toltaa Anilee Duraan obbolessa kiyyan Akkantii dabase
@oromiyaashow2828
@oromiyaashow2828 4 жыл бұрын
رأيت ذلك
@zediabilel3203
@zediabilel3203 4 жыл бұрын
👌👌👌👌
@sinbbonneewallagga1767
@sinbbonneewallagga1767 4 жыл бұрын
Bayyee gaariidha Afan oromoon ittii fufa lammii koo
@oromiyatiya2017
@oromiyatiya2017 4 жыл бұрын
😍😍😍😍
@dinka9369
@dinka9369 Жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@Mona-nz6gn
@Mona-nz6gn 3 жыл бұрын
Waww
@qqamariyaa1032
@qqamariyaa1032 4 жыл бұрын
Jabaadha ilman oromo
@idjhshs.3409
@idjhshs.3409 4 жыл бұрын
Ammalle kan hafe afaan oromotti nuf jijjira akka nuf jijjirtan hawwi kenya nama bayyeti
@rozialroze9781
@rozialroze9781 4 жыл бұрын
Galatomaa 👍👍👍👍
@mariamadawood1210
@mariamadawood1210 4 жыл бұрын
jaabadhaaa
@ashaatube2215
@ashaatube2215 4 жыл бұрын
Mashallh heduu namaa boarasaa
@jemskazeyad8375
@jemskazeyad8375 4 жыл бұрын
Seena hunda kenya hedduu tola
@sinbbonneewallagga1767
@sinbbonneewallagga1767 3 жыл бұрын
💋❤
@fuheshow5545
@fuheshow5545 3 жыл бұрын
Dhugaa durama kana sa'aatii 4:00f wolitti ansee ilaale Bayee namatti tola Alem irra na qabe male😂😂😂😍😍
@oromotiiarsii9115
@oromotiiarsii9115 2 жыл бұрын
Kkkkk
@fiirehiwetamente425
@fiirehiwetamente425 2 жыл бұрын
Kkkkk
@fiirehiwetamente425
@fiirehiwetamente425 2 жыл бұрын
Abamoo haaylee
@ramlaabdulla9265
@ramlaabdulla9265 4 жыл бұрын
👍👍👍👍👍👍☝
@warqiiyoutubewarqii6544
@warqiiyoutubewarqii6544 4 жыл бұрын
D hundaa
@sinboabdi3839
@sinboabdi3839 4 жыл бұрын
Uuuuuffe dhuga akkati nati toltan
@misganakefale5050
@misganakefale5050 2 жыл бұрын
filmichi ergaa hawwaasa keessa jiru kan dabarsudha. garuu afaanichi kan eenyuun hojjetame?
@aishaa9090
@aishaa9090 4 жыл бұрын
heduu namaa tolaa
@meesarbaalee8718
@meesarbaalee8718 4 жыл бұрын
boqonnaa 1kutaa 10 nutii dafaa
@asteraster4262
@asteraster4262 Жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😘😘
@melikatringo5852
@melikatringo5852 4 жыл бұрын
bayyee bayyee namti tolla dbuga dafa gadi dbisaa
@biqiltuuintalamaccaaftuula7934
@biqiltuuintalamaccaaftuula7934 4 жыл бұрын
wwww baga afaan oromootti hiiktan
@fitalenegashu6846
@fitalenegashu6846 Жыл бұрын
Wwwwwwwo
@drmammejimmaa1380
@drmammejimmaa1380 2 жыл бұрын
Kutaan 11ffan dabaluu qabduu hedduu baredaadhugaa
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 10
49:26
Yegna
Рет қаралды 128 М.
Каха и суп
00:39
К-Media
Рет қаралды 6 МЛН
DEFINITELY NOT HAPPENING ON MY WATCH! 😒
00:12
Laro Benz
Рет қаралды 58 МЛН
Seenaa dhugaa filmii Afaan oromo
1:17:59
oromia news tube
Рет қаралды 196 М.
የሠርግ አምልኮ part-4 Waaqefannaa cidhaa kutaa arfaffaa
40:07
Lawangel Eninka Media
Рет қаралды 148
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 1
41:10
Yegna
Рет қаралды 345 М.
የኛ - የሁላችንም ታሪክ (Yegna) | ክፍል 2
46:13
Kana Television
Рет қаралды 455 М.
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 6
41:19
Yegna
Рет қаралды 139 М.
Толстый солдат всем отомстил #shorts
1:00
Спит с ОТКРЫТЫМИ ГЛАЗАМИ! 😱😴
0:25
Взрывная История
Рет қаралды 5 МЛН
Нажимай выше ☝️☝️☝️ #а4 #глент #риви #viral
0:25
Как меняются люди
Рет қаралды 4 МЛН
Спит с ОТКРЫТЫМИ ГЛАЗАМИ! 😱😴
0:25
Взрывная История
Рет қаралды 5 МЛН