KZ
bin
Негізгі бет
Қазірдің өзінде танымал
Тікелей эфир
Ұнаған бейнелер
Қайтадан қараңыз
Жазылымдар
Кіру
Тіркелу
Ең жақсы KZbin
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Yeroo Jaalalaa
18:10
Yeroo Jaalalaa: Anoo akkas hin seene 'Gaabbii Jaalalaa'
20:09
99.9% IMPOSSIBLE
00:24
My scorpion was taken away from me 😢
00:55
When you lose control of your Waboba Moon Ball. @TheWabobaTeam #wabobapartner
00:42
伪装成一棵树整蛊妹妹,结果妹妹当场怀疑人生竟要揍我?【两只马儿-恶搞姐妹】
00:57
Yeroo Jaalalaa
Рет қаралды 26,830
Facebook
Twitter
Жүктеу
1
Жазылу 743 М.
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Күн бұрын
Пікірлер: 158
@saphalookadiir3634
7 ай бұрын
Namnii dhugaan namaa jaalatuu hundii jaalalaa keeysatti hin milkkahuu namnii jaalalaa careless godhuutu jaalalaa keessatti milkaawaa aduunyaa jaalalaa sobduu tanaa keessatti miira ofii toohaachuu malee hangaa midhaamanitti if eegu gaarii mitii jaalalaa keesatti namnii tokko dhibba dhibbaa hangaa kee tahuu beeytuu dilaas itti if keennu hin qabduu gaafa jaalalli nii tolaa siifis nii milkaawa ❤
@EMANOROMO
7 ай бұрын
Dhuga ket
@Abaaboo-e5o
7 ай бұрын
Dhugaadha rabbiifuu
@Abeelove
7 ай бұрын
Abbaa manaa akkasii argaachuunuu baadhaasa waqqaayyooti midhaamakee kanaaf waqqaayyoo dachaa si ebbiisa abshiir ❤❤
@LidiyaTakeley
4 ай бұрын
Harkii taraa wal dhiqaa jedhaa oromoon abshir. Oboleesaa koo namnii Dhugaan jalatee jiraatuu wanumaa gaarituu isaa egaa isheen immoo wanumaa facaastee hamaatii kanaadha yaanii koo
@almaalma7227
5 ай бұрын
Amala kiyyaa kunii😂😂😂😢😢
@Birqee-ox3yc
7 ай бұрын
Dhiraa aksii argachuuf🙇🙇garaa waqqayootiin galaalgalni kadhachuuti barbachisaa jaalala dhugaa ergaa badee bubuleera obbollesaa koo ufuuuu
@nonaa2197
7 ай бұрын
Namani Jaalalaa dhugaa Namaa jaalatuu Jallalii Hn milakahuu Rabbii sii haa Lafisuu Oboleessa koo Amshirii 😢😢
@AyuuArsii-d8i
7 ай бұрын
😢😢😢😢😢Yaa Allah uuuuuuf rbii sii haagargaruu obolesaa abshiri 😢😢😢
@ZinabZi-s7d
Ай бұрын
Dhugaa namaniu bayyeenii namaa jalatuu jalalii hin baufii uuuuuuuuufffffffff abashirii obolsaa koo 😭😭😭
@WolensaWolensa
Ай бұрын
Obsii bodaa ishitii debi.aa dabee koo❤❤❤❤❤
@AshvFfrf
8 күн бұрын
Ayiiiii garaa jabaatiina shaamaran haadara
@EshetuAyele-r2q
3 ай бұрын
Danbiyye bayyen bayyee sii jajjabeesa namonni waan bayyee siin jedhu garuu yaada Kee baste ibsachuu keeti sin ajaabsifadha namonni media mitii hiriyya ofitti ibsachuu hin dandeenye Jira namnii wan jedhuu aduuufii oduun yerof namaa gubdii
@BiftuBeyena
7 ай бұрын
Dhugaa jalalaa akkas argachuun caromudhaa isaa nutii jalanuu caalaa Kan inii calchisee nu jalatutuu filatamadhaa atii laphee ququluu qabdaa Waqayyoon Kan akka Gara kee siif haa latuuu❤❤❤🎉
@SifaanAsafe
7 ай бұрын
Jabadhuu homaa mitii obolesakoo❤❤❤ 3:44
@AsSa-yc3pc
7 ай бұрын
Namni jaalalaa dhugaa nama jaallatu hin milkaahu Abshiir humamiti jajjaabadhu ❤❤❤
@namakulaqurusum9881
7 ай бұрын
Hawwii malif muca rakiftaa daffii itti debiyii😏😏😏😏🙏🙏🙏🙏🙏
@dinglameljeamalje6144
7 ай бұрын
😂😂 amaa sii dhagesee
@AmidaMuhammad
7 ай бұрын
😂😂😂😅kkkkkkkk@@dinglameljeamalje6144
@jameelajameela7132
7 ай бұрын
Misikinaa wlh Uuuuuuufii 😢😢😢😢jechi oboleesaa nama maraaraa😢😢😢😢
@ZiyaadMammoo
7 ай бұрын
Yeroo jaalalli DHUGAA bade kanaatti jaalachuun BAAYYEE namaatti ulfaata .ati garuu wanti hunduu darbuu isaa amani yeroodhaaf miidhamuu dandeessa.yeroo kana garuu obsaan dabarsi.
@TamamTamam-i1i
7 ай бұрын
Balbali.tokkoo.dufamuu.99li.banadha.oboleess.koo.hin.gadini.waqayou.wAaron.hundumaa.qaba❤❤🎉🎉
@samsungmobilee5215
7 ай бұрын
Hangaa hara kana sii boochisitee boruu isheetu boo'aa amani
@lamiaccount9176
7 күн бұрын
Jabadhuu homaa mitii ❤❤❤❤
@Meskerem-q5l
2 ай бұрын
Wayyoo yaa jalalaa dhugaa 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@SabitNajeb
6 күн бұрын
Nama akasi dhugan nama jalatu argachun baayee ulfata dhalan oromo mo nama ishe jalatu hin fetu saafu😢
@mohammednurturu6353
5 ай бұрын
Biyyaa koo moo Abshiir lubbuu koo 😂😂😂😂
@MadinaGuye
4 ай бұрын
Amma sittuu boh,ee amma boodaa ishiituu boha,aa jabadhuu homa miti
@HayaatNafso
7 ай бұрын
Obeesaa kiyaa dhiisii siin fayaduu dhala bira hojiin jirachuu egalii kan ishee caltuu siif hakenuu❤😊😢😢😢
@Hawii-g2b
7 ай бұрын
Namanii namaa jalatuu hin milikayuu amashiir obolesaa kiyaa😢😢
@MakiaMuktar-v9j
7 ай бұрын
Ani hoo yom dhufe himadha wara obn branch hin qabdan saudi 🇸🇦 kesa nama wayi himachu heda😢😢😢
@Mixaadiribaa
5 ай бұрын
Ayyii waqayoo dachan sif ha debisu nama gadisisa😢😢
@Yaahalima-xh8sx
3 ай бұрын
Bayyee nàmaa gaddissaa 💔💔💔💔💔😭😭😭😭
@almazhika563
7 ай бұрын
ni sobdaa birri barbadaa atis....yoroo isiin deemtuu hin dhorkituu 😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮
@KadijaTufaaKadijaTufaa-ct9rw
7 ай бұрын
Usi
@Sumayaa54
7 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂
@Noname-r1h9l
7 ай бұрын
Waaqni siif haa fiduu. Jabaadhu
@sinbonee5701
7 ай бұрын
Dhugaa abbaa manaa akkasi argataani lafa ka'uùn iyyuu garii mitti ❤
@InspirationalButterfly-zg8cq
7 ай бұрын
Homaa mitii jabaadhuu qeroo waqayoo siif yaa kanfaluu
@gaddiseewaqruu-3592
7 ай бұрын
Obsaa sifii yaa kenuu waqayyoo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤💔💔💔
@ayaanleabdi1395
14 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤
@AsneeShow21
7 ай бұрын
Miskiina😢 midhaama kee kana ilaalee WAAQAYYOON kani si kabajuu kana si jaalatun si eebbisu danda'aa godhu abshiir !
@kedanayemariyam1323
7 ай бұрын
Shagaar baati ganamaa galtii galgala yaa odaa nabee yaa qorichaa jalaalaa balaa ishii argeetan hundee dhabee
@BiqiltuDhugaa
7 ай бұрын
Wayyoo dhugaa garaa namaa nyaata🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Sifuuoromoo
7 ай бұрын
Namani kenyii garii yoo olanif hin jalatu dhugaa obbleessa kiyya abishir rabbi jiraa 😢
@SolomonChala-yw3yt
3 ай бұрын
jabaadhu Jooraa wayii!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@obseobse563
7 ай бұрын
Osoo jaalalaa ishee feetee silumaa maaf biyyaa ormaa deemuu ishee jajjabeessiitaa birriif jettanii OBN hin cinqinaa🙈🙉
@jabessamerga6399
8 күн бұрын
Ani hin fuudhu dhugaa. 😢😢😢
@YCell-v8s
7 ай бұрын
Jabadhuu homaa mitti obsii waqaayoo sii debisuu
@AbaboM
7 ай бұрын
Ijaa.basuun.kan.kottii.jedhaa.gooftan😂😂😂😂😂😂😂
@KufaBekele
6 күн бұрын
Dhugaa baayyee na marartee😢
@cookwithfoziy
7 ай бұрын
Namaa maqas dabalachi jedhuu hi jiraa adaa oromo kesaa😂😂😂😂😂😂🙄🤔
@sarrashalin7541
7 ай бұрын
Waaqayoo siif jiraa absharii
@tgtigistasefa6331
7 ай бұрын
Anii mucaan Waggaa 7 jaaladhetu biyyaa arrabaa naa ergeen garuu Naan dhabeen 😢😢😢
@RomanAbadir-i4l
7 ай бұрын
Rabbii siif haa laaffisu abshir abshir
@AbdiMame-vj8ss
7 ай бұрын
Abdi Mohammed jedhama anis baayee nama midhama jiruudha jalaala kessatti naa dubbisa
@mimiijalanee7828
7 ай бұрын
Uuufff anas mucaa akkasti na jalatuu sababaa namati addaa baane 😢
@GadiseMamo
7 ай бұрын
Namaa akkaa kee argachun gargarsaa waqayyoootin malee hin argamuu obboleessaa koo waqayyooo saa gargaruu namaa akkaa garaa kee sif haa kenuu goftaan 😢
@wesener7170
7 ай бұрын
Waqaayyoo sin gargaruu abdi jira
@sifaanamente2460
5 ай бұрын
Abshir BRO homaa mitti
@MasaratEthiopia-g9l
7 ай бұрын
Jabadhuu.homaa.mitii.obsii.waqayyoo.sii.haa.debisuu
@obseobse563
7 ай бұрын
Isin lachuu enyuu akka dhugaa qabuu waaqayyoo qofatuu beekaa murteessuun rakkoodha ijoolleen dhiiraas qulqulluu jechuun muskilaa😒
@jitualemu9527
6 күн бұрын
😭😭🙏🙏🙏
@SifaanAsafe
7 ай бұрын
Jabadhuu homaa mitii obolesakoo
@AlsAl-iw7mb
Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
@iftuuiftuuyoutubechannel6313
Ай бұрын
😭😭💔💔🖤🖤
@kefalelema7195
2 ай бұрын
Ayi carraa namaa uuuuuufffff
@TajTahboud
7 ай бұрын
Jabbadhu obsii rabbi sif jiraa
@AminaTolera
7 ай бұрын
Ayyiiiii Kun amaala dubrati bar gaafa darbef akkasuma
@sabirinaBintiIslaama
7 ай бұрын
Dubaarti Hundda Miti
@gaddiseewaqruu-3592
7 ай бұрын
Misknaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@Hawiigirmaa-f1r
7 ай бұрын
Abshir qaali 🎉🎉🎉
@bontubontu9455
4 ай бұрын
Miskiinaa 😢😢😢😢
@hananoromo-jb1jc
7 ай бұрын
Wayyyoo dhugaa rabbi 😢😢😢😢😭😭😭
@Mameealamayo
Ай бұрын
Wayyoo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@birtukanabera4579
7 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲
@sukkareegaazzuu7173
7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@MadinaGuye
4 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉
@AynydiribaSime
7 ай бұрын
Uuuuuuuuuffffff❤❤❤❤❤
@KonjoKonjoo-o8u
7 ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉
@muddeetube7422
7 ай бұрын
Jalqabuumabuu akka isiin biyyaa deemtu hayyamuu hin qabdu tuurte.yoo diide yeruuma saan firaa dhiifta
@FantoPhone
7 ай бұрын
Hayii 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@Ganii434
7 ай бұрын
Gurbaan garaa na nyaatee naaf dubbisaa Nan barbaadaa.
@jameelajameela7132
7 ай бұрын
Hin sobaa malatuu sii amane sii qoofaa😂😂😂
@EMANOROMO
7 ай бұрын
Affani oromo akkam godha gurbani😂
@Sumayaa54
7 ай бұрын
Ati duraa afaan oromoo seeraan barreessi
@EMANOROMO
7 ай бұрын
@@Sumayaa54 hoolla us
@MiliyonShibiru
7 ай бұрын
Obsii obsii waan Hundaa calaa
@sifanisifani4407
7 ай бұрын
Uuuufff 😢😢😢😢
@hurgogemechu5638
7 ай бұрын
😢😢😢😢😢ayii dubartii
@EshetuAyele-r2q
3 ай бұрын
Danbiyye bayyen b
@tigistidejene2873
7 ай бұрын
Barnooni 10ti xumuramu qabe mo akkas tanan wagaa tokko qofatu na hafa kaa 😁
@ZhraLink-k7g
7 ай бұрын
Rabbin siif jiraa absharii
@RadhyaRadhya-q8t
7 ай бұрын
Ashirii ❤
@Siinboone-vq1jw
7 ай бұрын
😢😢😢😢ayiii
@kefalelema7195
2 ай бұрын
Uuuuuufffff waaqyyotu beeka koodee
@KonjoKonjoo-o8u
7 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤
@hamzTv2
7 ай бұрын
Ayzo gashe😂
@nonaa2197
7 ай бұрын
Uuuuuufff😢😢😢
@sabirinaBintiIslaama
7 ай бұрын
gaffi Kana Enyuutu Naaf Deebisa Mee Namni Nama Hunddaa Ol Jallaatanu Maalif Nama Miidha Garu 😢😢
@tadelafeye7634
7 ай бұрын
namni atii jalatuu suun sii hin jalatuu
@jameelajameela7132
7 ай бұрын
Ilamii nama dhugaa wani hin feenefi😢😢😢
@sabirinaBintiIslaama
7 ай бұрын
@@jameelajameela7132 Dhugaa Kee Jettee Wude
@اوسيالزهراني
7 ай бұрын
Hin miidha badaa
@Sumayaa54
7 ай бұрын
Dhugaa kee jette bara akkan keessa jaalalli dhugaa hin jiru nama dhugaadhaan namni nama jaalatu
@Askelahechalu
7 ай бұрын
8331 ajaaJaa❤
@merryoromtittii9461
7 ай бұрын
oduu sitti busee hin bareedu oduu kee😂😂
@ትዝታግርማ
7 ай бұрын
❤❤
@DemelashShembel
7 ай бұрын
Namanii Akka kotii itti yadaa jirtan hundii kesanuu iraa baradhaa ,,, galatomaa
@kooketi7326
7 ай бұрын
😢😢😢😢
@ChaltuMiesa
7 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢
@lellotolasaa
7 ай бұрын
😢😢😢
@SomoIya-qh7jz
7 ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤❤
@tabutierna214
7 ай бұрын
Ayii 😭😭😭😭
@QananiTasifaye
7 ай бұрын
😭😭Uuuuf
@Hduduhdd
7 ай бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️🤭🤭🤭🤭🤭🤭
18:10
Yeroo Jaalalaa
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 29 М.
20:09
Yeroo Jaalalaa: Anoo akkas hin seene 'Gaabbii Jaalalaa'
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 39 М.
00:24
99.9% IMPOSSIBLE
STORROR
Рет қаралды 31 МЛН
00:55
My scorpion was taken away from me 😢
TyphoonFast 5
Рет қаралды 2,7 МЛН
00:42
When you lose control of your Waboba Moon Ball. @TheWabobaTeam #wabobapartner
Daniel LaBelle
Рет қаралды 150 МЛН
00:57
伪装成一棵树整蛊妹妹,结果妹妹当场怀疑人生竟要揍我?【两只马儿-恶搞姐妹】
两只马儿—恶搞姐妹
Рет қаралды 44 МЛН
23:47
Yeroo Jaalalaa
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 53 М.
24:08
''Osoo dhiifama na gaafattee Dhiifama Nan Godhaaf''-//Keessummaa Yeroo Jaalalaa//
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 76 М.
24:29
Yeroo Jaalalaa OBN Onkololeessa 10, 2017
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 43 М.
15:13
Yeroo Jaalalaa OBN Amajjii 04, 2017
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 8 М.
19:17
yeroo jaalalaa- Jaalalatu naqabe mala naaf malaa
Melko
Рет қаралды 386 М.
19:59
Yeroo Jaalalaa
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 11 М.
18:57
Yeroo Jaalalaa
Nooruu Tube
Рет қаралды 82 М.
21:08
Yeroo Jaalalaa
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 68 М.
23:31
🛎️ሀይሚ ተጠለፈች ከበድ ፀብ ተፈጠረ 😱
Biruk Tube ብሩክ ቱዩብ
Рет қаралды 35 М.
27:46
FiB: Dhamdhama Jaalalaa; "Nan Jaalladhaan Jedhee Yaadee hin beeku"........!
FGM - FIB GLOBAL MEDIA
Рет қаралды 93 М.
00:24
99.9% IMPOSSIBLE
STORROR
Рет қаралды 31 МЛН