YOHANIS TOLESA : TAABOTAKOO

  Рет қаралды 99,862

OBORO MEDIA

OBORO MEDIA

Күн бұрын

#oromogospelsong #oboromedia
#faarfannaa_afaan_oromoo
Singer : #Yohanis_Tolesa
Topic #TAABOTA
Music: #Abinet_Gebeyo
Camera&Editing #Takaleny_Dugasa
Colorist #Beka_samuel
#omega_films production
directed by Tekalegn Dugasa
Nabi-Design and Advert
#subscribe #share

Пікірлер: 357
@girma28
@girma28 Жыл бұрын
Yoonii Haadhoo Koo Eebbifamii Hafi!!!!!Namni keessa banaadhaan faaruu kana amma dhumaatti dhaggeeffatee imimmaan isaa too'achuu danda'u jira natti hinfakkaatu. Namni tokko faaruu kana dhaga'ee jaalala Yesuusiin qalbiinsaa butamee gara Gooftaatti akka dhufu afuurri qulqulluu akka isa/ishee argatu Waaqayyoon nan kadhadha. Ameeen!!!! Miseensota Gumii faaruu kana keessatti hirmaattan hunda keessan Waaqayyoo dachaan isin haa'eebbisu! Ameen Jedhaa!!!!!!!
@BontuWorkineh
@BontuWorkineh 9 ай бұрын
Ameen eebbifami waaqayyoo ayyaana isaa dacha dachaa sif haa baay'isu amma dhumaatti ayyaana isaatin dhaabbadhu iyesusin faarsi❤❤❤❤ 😅
@Yohanistolesa9830
@Yohanistolesa9830 Жыл бұрын
Galatoomi gooftaa
@JocyDinbasha
@JocyDinbasha Жыл бұрын
Yonikoo❤❤❤barrikee hafe haa ebbifamu dachaaa
@gammeekinfuu4713
@gammeekinfuu4713 Жыл бұрын
❤❤❤
@TameBarecha-nw4ny
@TameBarecha-nw4ny 5 ай бұрын
Eebifamii❤❤❤❤❤❤❤
@sooreesooretti82
@sooreesooretti82 4 ай бұрын
Audio isaa argadhaa yooniiyyee ebbifaamaakoo❤❤❤🎉
@AmaaneeIddoosaa
@AmaaneeIddoosaa Жыл бұрын
TAABOTA KOO ISA KAKUU HAARAA!!!!!!!!! Hallelujah Hallelujah Hallelujah........
@daleeabdiisa5407
@daleeabdiisa5407 Жыл бұрын
EEBBIFAMII WAAQAYYOO SII YAA EEBBISUU JABADHUBAGUMA ATILLEE UTAALACHOO KEESSAA HAMBIFTEE. So wonderful slow song, much Grace !!
@TolaTesfa
@TolaTesfa Жыл бұрын
Wow dhugaa waaqayyoo inni waaqafi lafa uume bara kee haa eebbisu baayyeen itti eebbifame
@abes381
@abes381 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤AYYYANII. WAQAYOO SIIRATII HAA HAFUU EBIFAMIII
@ChalexBaba
@ChalexBaba 2 ай бұрын
Eebbifami dhugaadha Ayyaana kanarraa siif habaayyisu waaqayyo faarsaa hafuura namaa haaressuudha.
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Жыл бұрын
Eebifamiii Qaxaleee mucaa wowowowo eebifamiiiii
@MamushTeshome-w5b
@MamushTeshome-w5b 6 күн бұрын
Eebbifamii haadhoo koo jiradhuu gooftaan guddaan sii haa guddisuu
@Merii-j5x
@Merii-j5x 5 ай бұрын
Uuuuufffeeee Ameeeen Ebbifaamii waaqayyoo sii ha ebbisuu farfaanna Ajaa'iibaattii dhugaa🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
@YoneDegefa-dm8to
@YoneDegefa-dm8to 5 ай бұрын
Ayyaana nama eebbisuu si kenneera YESUUS EEBBIFAMI yoonii!!!!!!
@DammeeDidhaa
@DammeeDidhaa 3 ай бұрын
Uuuffee waqqayoo baraa jirenyaa kee gutuu haa ebisuu ebaaf ta'ii❤❤
@MamushGudeta
@MamushGudeta 5 ай бұрын
Eebbifami qaxaleekoo Ayyaanni dabalee siif haa baay'atu! Faarfannaa ergaa guddaa of keessaa qabudha.
@ebisaabeba1442
@ebisaabeba1442 9 күн бұрын
Eebbifaamii dhugaa Kun bilchinaa hafuura guddaa qabachuu kee nati agarsiisse Hundeen kee gad fagoodha jabaadhu ammalle
@dammeelikkissaa8471
@dammeelikkissaa8471 9 ай бұрын
Goofaan bara kee haa eebbisuu farfannaa kee hundinuu caalchisanii yesuusiin akka jaallatan nama godhaa eebbifamii jabadhuu ammaa dhumatti gooftaa. Si haa dhabuu dhaloonnii keenya bara kana farfannaa akanaa kana hin jallaataan isa nama sirbibbisuu malee ati ammaa dhumatti jaabadhu ....❤❤❤❤
@DamenuTeshome
@DamenuTeshome 5 ай бұрын
uuuuuuffffffeeeeee waqayoo sii haa Ebbissuu baraf jirenyaa Kee hundumaa ebbifami
@AdugnaLomiiadugna
@AdugnaLomiiadugna 2 ай бұрын
Ameen ameen Ebifamii waqayyoo si haa ebisuu ♥️♥️♥️♥️♥️♥️🤲🤲🤲🤲🤲
@darasaabdisakuma
@darasaabdisakuma 5 ай бұрын
Waaqayyoo Ayyaana isaa kana caalaa siif haa Baay'isu. Ani itti Eebbifameera
@GulumaMitiku
@GulumaMitiku 4 ай бұрын
Anaadha Ekraan siin jiraate!!!!!❤❤❤God bless you yoni
@alialialiali-sx7gu
@alialialiali-sx7gu 2 ай бұрын
Ebifami ebbifame waqqayoo ayyana isaa siif haa baayisuu dachaa dachaa❤❤❤❤
@milkiimagarsaa9922
@milkiimagarsaa9922 Жыл бұрын
John mucaa eebbifamaa Waaqayyoo ayyaanicha sirratti haa dabalu!🥰
@فوزية-ت3ج
@فوزية-ت3ج 2 ай бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeniii 🙇🙇🙇🤲🤲🤲🤲, Ebbifaamaa Ebbifaamaa Waaqayyoon Isiin haa Ebbisuu, Ebbifaamaa Barii fi jireenyii keessaan haa ebbifamuu, Ebbifaamaa
@kgerra81
@kgerra81 3 ай бұрын
Waaqayyo gooftaan barakeefi jirenyake ha'ebisu yoni !!!!
@AsterWaaqayooAnafAbdiikooti
@AsterWaaqayooAnafAbdiikooti 4 ай бұрын
Uuuuuuuuuuuufeee Uuuuuuuuuuuufeee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ gooftaan inni akka kanati ayyanna sif baay'isee maaqa isaa bara baraa haa ulfatu Eebbiifamii hadhoo koo kanuman caalati dibani isaa sif haa baay'atuu
@TikiShigut430
@TikiShigut430 2 ай бұрын
Waaqayyo ayyaana dachaa siif haa dabalu!!! Eebbifami bara baraan faarfadhu🥰🥰
@عبداللهبوعبدالله
@عبداللهبوعبدالله 3 ай бұрын
Ameeeeen Ameeeeeen Ebifamii dachaa dachaa waqayoo sii haa ebisuu hamaa dhumatii kanaa calatii ayanaa isaa sii haa bayisuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️
@olifiromyadesa5986
@olifiromyadesa5986 Жыл бұрын
Wow that is great job well done congratulations ❤ It made me comfortable in hard situations and I'm not stop listening this song God take glory and praise forever 🙏
@efeefeyisayoutubeoffical4242
@efeefeyisayoutubeoffical4242 4 ай бұрын
Uuuuuuffffeeee ebbifamiii yoh ayyanii siiif haa bayyatuu kanumaa caalatiii
@SmilingBobsleigh-bs9kv
@SmilingBobsleigh-bs9kv Жыл бұрын
Uffeeee yoni ko ni miyaa'am
@BiiftuuAlemu
@BiiftuuAlemu Жыл бұрын
muca kanayii waltajitii quban qabnee wamee dadachun nabasuu kan jedhee farsee maloo??
@zanaMakuriak
@zanaMakuriak 5 ай бұрын
Eeyyeen dhugaa ​@@BiiftuuAlemu
@soliyanachalaa4397
@soliyanachalaa4397 2 ай бұрын
Eyeen ​@@BiiftuuAlemu
@SHASHOADUGNA
@SHASHOADUGNA 4 ай бұрын
AmenAmenAmen Ebbiiifamii kodee koo dachaa Ayyaan waqqayyoo sif habayatuu ❤❤❤❤ jabadhuu🎉❤❤❤❤
@LeniTas55fnfb
@LeniTas55fnfb 5 ай бұрын
Yookoooo garramikoo ayyanaa isaa siif haa baayisuukaaa waqayyoo barake ahaa ebbisuu❤❤❤❤❤
@Giiftii
@Giiftii 2 ай бұрын
Uuufeeey Eebbifaamii haadhoo koo! ❤
@ديربا
@ديربا 4 ай бұрын
Ebbifami dachaa Yoonii mucaa kakuu daribi kanumaanii calaa farifadhuu❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Firii-lr9lx
@Firii-lr9lx Ай бұрын
Uuuuffeee waqayyoo barakee haa eebbisuu eebbifmii ❤️💕💖💖💖💕💖💕💖💕
@LoloLolko-b2g
@LoloLolko-b2g 5 ай бұрын
Ebifamaa koo waqayyoo baraf jirenyaa kee haa ebisuu ebifamii jabadhuu ayyaan ama dhumatii sii dhabuu siif haa kenuu olii waqarratis farfarchaa haafiii sii nyaatani waniti dhalotaa nyaate ❤❤
@shitoshito7511
@shitoshito7511 5 ай бұрын
AmenAmen Ebifamaa ebifamaa ebifamaa Namaa Waqaa Goftaan Baraa Kee Jirenyaa Kee Yaa Ebisuu ❤❤❤❤❤
@HannaAbebe-l8t
@HannaAbebe-l8t 2 ай бұрын
Uuuuuf Waqayyo ayyannasa sifaa baay'isu hanga dhumat siha dhaabu ❤
@SingoGirma
@SingoGirma 5 ай бұрын
Uuuuuufee farsaa damma calaa minya'uu ebbifami yooni
@chosengeneration1980
@chosengeneration1980 2 ай бұрын
eebbifamii ft Yohaannis Tolasaa!
@FirdisaAdugna-v8c
@FirdisaAdugna-v8c 16 күн бұрын
Yoneekoo nama dibataa ayyanichii siif haa bay'atuu
@Dabale-i7d
@Dabale-i7d 2 ай бұрын
Uuuuuuufffffffeeeee yaa gatomuu waaqayyoon. Siif dachaa dachaa siif haa dabalu.
@sameerasameera3225
@sameerasameera3225 7 ай бұрын
Ameeeen ameeeen ameeeenameeeen ebbiifamii ebbiifami ebbiifamii dachaa dacha kanuman calattii goftaan hubannaafii ogummaa isaa sif haa dabalamuu ❤❤
@FanosGirma-n7b
@FanosGirma-n7b 5 ай бұрын
Waqayyo si ebbisuu dhaloni moo sher godhafii dhichisudhaf malee farsa akkanati hin godhatii😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤
@BkkFhi
@BkkFhi Ай бұрын
Waqqayyo amyuu ayyaana sa sifaa bay,ii suu lubbuu❤
@hancalegalati2163
@hancalegalati2163 5 ай бұрын
Amen Ameen ameeen ebifami dacha ebifami waqayoo si ha ebbisuu muca kakuu❤❤❤🙏🏽🙏🏽🤲🤲🤲
@BuzyeGirma
@BuzyeGirma 3 ай бұрын
Uuuuuuufff Eebbifami goftaan sih haa eebbissuuu
@GhJa-x5n
@GhJa-x5n 2 ай бұрын
Waqayyoo baraa kee haa ebbisuu ❤❤❤❤❤
@tigisteetafarii5686
@tigisteetafarii5686 11 ай бұрын
Uuuuuuufffffffff ebifama ebifama ebifama. Dacha.dacha Dacha.dacha ❤❤❤❤❤❤❤jalqaba ke miti dhumni kee ha bareeduu🙏🙏🙏
@jinakalash3824
@jinakalash3824 4 ай бұрын
Waaqayyoo Saa Ebbisuu Ebbifaami Ebbifaami Ayyaan waaqayyoo dachaan Sif Haa dabalaamuu ❤❤❤❤❤❤
@LalisaAssefaOfficial
@LalisaAssefaOfficial Жыл бұрын
Faarfannaa! Ergaa dhugaa! Dubbiin Wangeelaa irraa kan namaaf galu, faarfannaa humna qabu. Yohaannis Tolasaa! Eebbifamteetta! Baroota kee hunda faarfataa hafi! Thank you, OBORO MEDIA, for producing such powerful song!
@WakumaGirma-ug6pp
@WakumaGirma-ug6pp 4 ай бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuuufe yoni Koo Jaabadhuu waaqayyoo sii haa Eebbisuu ❤❤❤❤❤❤❤
@FantayeArarso
@FantayeArarso 5 ай бұрын
Ebifamii ebifamii waaqayyo bara kee ha ebisuu obolesa kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
@DirshayeBayilu
@DirshayeBayilu 5 ай бұрын
Barri ati jiraattu hundi siif haa eebbiffamu ❤❤❤❤❤
@FantuTigist
@FantuTigist 5 ай бұрын
Uuuuuffffeeeeee ameeen ameeen eb8famii yooniikoo ayyaaniikanaa caluu sifihaa dabalamuu mucaa kakuuu❤❤❤❤❤❤❤
@genetkuwait3894
@genetkuwait3894 5 ай бұрын
Uuffff ebbifaami baraf jireenyikee haa ebbifaamu qaxaalee mucaa kakuu
@BortoukanBortou
@BortoukanBortou 5 ай бұрын
Uuuff waaqayyo sihaa eebbisu yoniye haadhookoo ❤❤❤❤❤❤😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@toleeshi2225
@toleeshi2225 5 ай бұрын
Yoonii koo waqnumtii siyaa ebisuu kaa jabadhuu qaxalee koo ❤❤❤❤❤❤
@AmaaneeIddoosaa
@AmaaneeIddoosaa Жыл бұрын
Uffee Jookoo Eebbifamii!!!
@HshdhdDbbdhd
@HshdhdDbbdhd 4 ай бұрын
Eebbifami mucaa ayyaani waaqayyoo irra mullatu🥰
@asnakechabera6939
@asnakechabera6939 5 ай бұрын
Ebiffammii obolesakkoo❤❤❤❤
@HanaRebuma-c1p
@HanaRebuma-c1p 2 ай бұрын
Uuuuuufff waqaayyoo dachaa dachaan si haa ebisuu qaxaalee mucaa
@ShumiNegasa
@ShumiNegasa 5 ай бұрын
Eebbifaamii Qaxaale namaa waaqayyoo
@EdosaTerfa
@EdosaTerfa 5 ай бұрын
Faarfannaa bareedaadha Eebbifami jabaadhu Hojii kana caalu sirraa eegna
@WarkeFikadu
@WarkeFikadu 2 ай бұрын
Ebifamii waqayoo sii haa ebisu❤❤❤❤
@DuretiDawit
@DuretiDawit 3 ай бұрын
Ayyaanni siif haa bayyatu ebbifmi❤❤❤❤
@DechasaKetema-rc5uq
@DechasaKetema-rc5uq 5 ай бұрын
Waa'ee fannoosaa akkam namatti tolaa dachaa eebbifami. Nuyi isa fannifame nu fayyise faarsina! Ameen ❤❤❤❤❤
@AmanuelTolasa
@AmanuelTolasa 4 ай бұрын
Uuufffffeee yoni koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@TaddasuuTaddasuu-po6ki
@TaddasuuTaddasuu-po6ki 3 ай бұрын
Waqayyoo bara fi jirenya kee yaa ebisuu yoni koo jibadhuu
@LensaBirhanu-n4o
@LensaBirhanu-n4o 11 ай бұрын
God bless you John 🙏🙏
@toleeshi2225
@toleeshi2225 5 ай бұрын
1 fffaaa refuu argatee yessus dhugaa dhan afuran kan farfafatuuu❤❤❤❤❤❤
@BirhaaneeGirmaa
@BirhaaneeGirmaa 2 ай бұрын
Yoni hadhoo koo Eebbifami guddaa saa
@kebuweyess
@kebuweyess 5 ай бұрын
uuuuuuffffffff Eebbiifaamiii haadhooo kooo
@gizuutube413
@gizuutube413 Жыл бұрын
Wow uuffee Ameen Ameen Eebbifamii dachaan mucaa kakuu❤❤❤
@WarkalemTemesgen
@WarkalemTemesgen 4 ай бұрын
Bara kana namni akkasiis jira, nama eebbifamedha ati, continue upto the end!!!
@Aster-u1o
@Aster-u1o 5 ай бұрын
Ameeeen ebbifami waaqayyo sii haa ebbisu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@SileshiEdisa
@SileshiEdisa 5 ай бұрын
Jabaadhu waaqayyo siyaa eebbisu faarsotakeetti baayyeen eebbifama yeroo hundaa
@AyantuBiranu-z4m
@AyantuBiranu-z4m 11 күн бұрын
Ebbifammii hafiii bara baraanii
@FayiseFayise-y1p
@FayiseFayise-y1p 4 ай бұрын
Waaqayyoo kanuma caala ayyaanna isaa siif haa bayisuu haadho koo❤❤❤
@HabtamuMekonen-cc1vi
@HabtamuMekonen-cc1vi 5 ай бұрын
❤❤ Uuuuf kiristoos umuriii Kee dheeressee saba isaa akka tajaajiltu si haa gargaaruu
@FayeraSoresa
@FayeraSoresa 4 ай бұрын
Wowww eebbifami nama waaqayyoo
@ShibiruFantahun
@ShibiruFantahun 4 ай бұрын
Eebbifami ayyaannisaa Dachaa siifaa baayatu jabaadhu
@Tafibo0910
@Tafibo0910 Жыл бұрын
Arraba dhiiguu kee hin faarsine qaama godhee hin baatin laagaan koo!❣️
@zanaMakuriak
@zanaMakuriak 5 ай бұрын
Uuuuffeeee Eebifamii waaqayyoo saa Eebiisuu obboleessa keenya
@Galoocawaqaa
@Galoocawaqaa 4 ай бұрын
Ebbiffaamaa mucaa kakkuu ❤️💯💘💘💘💯
@KibbeeWarqinaa
@KibbeeWarqinaa 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ebifamii hadho dhugaa jabadhuu
@bekeledebele3890
@bekeledebele3890 7 ай бұрын
wow wow waaqayyoo eebbaa bara baraa si eebbisuu. haafii jiraadhuu
@WarkalemTemesgen
@WarkalemTemesgen 5 ай бұрын
Wow amazing amazing!!!!
@bontubontuifraj2971
@bontubontuifraj2971 Жыл бұрын
Ameeen Ameeeen waaqayyoo siyaa ebsuuu❤❤❤❤❤❤
@HannaTolemareyam
@HannaTolemareyam 5 ай бұрын
Waaqayyoo si haa ebbisu 🥰🙏
@Isholee.korsaa
@Isholee.korsaa 7 ай бұрын
Ameeeen ebifamii dachaa waaqaayyoo ayyannasa siif haa dabaluu ❤❤❤❤
@OlanaHambisa
@OlanaHambisa 8 ай бұрын
Eebbifami ayyaana isaa siif haa baay'isu yohaanne Godina qellem Wallaggaa irraa aanaa laaloo qileeti
@KebuChalchisa
@KebuChalchisa 5 ай бұрын
Uuuuuuffeee ebbifami hadhoo kooo
@mulugutata1535
@mulugutata1535 5 ай бұрын
Uuuuuuffffffee ameen ebbifamii muca kakuu
@TigistAl-fe1ec
@TigistAl-fe1ec 5 ай бұрын
Ameeeeeeen ameeeeeeeen uffeeeeeeka ebbaaf tahi obbolesako ayyanichii sifaa bayyatu
@MariousMariouse
@MariousMariouse 5 ай бұрын
Ebbifaam Ebbifaa dacha.waqayyoo barakee haa Ebbifaam ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@Bontu-p1r
@Bontu-p1r 5 ай бұрын
Dachaa ebbi sifaa bay'aatu❤❤❤❤
@SamrawitSolomonkebek
@SamrawitSolomonkebek 10 күн бұрын
You are blessed Yoniyyeeee
@hawahawa2475
@hawahawa2475 5 ай бұрын
Ammeen ammeen iyesus koo ulfadhuu ebbifaamaa ebbifaamaa dachaa dachaa 😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@blenbirara9724
@blenbirara9724 5 ай бұрын
Waqayyoo si haa ebbiisuu hadhoo koo
Singer Yohanis Tolesa.Jaalalakeen raawwadhee darbaa harka na qabi!
11:17
It’s all not real
00:15
V.A. show / Магика
Рет қаралды 20 МЛН
MAGARSAA BAQQALAA  FAARFANNAA _@2016
18:44
Amanti studio
Рет қаралды 133 М.
AMANUEL SARBESA || CHRISTMASS EVE LIVE WORSHIP ||
16:37
JCP CHURCH
Рет қаралды 481 М.
DAWIT ALEMU : ULEE
7:56
OBORO MEDIA
Рет қаралды 145 М.
YOHANIS TOLESA | DIBABEE YAKKAMAA | FAARFANNAA AFAAN OROMOO HAARAA | 2025
7:05
Yohanis Tolesa official
Рет қаралды 70 М.
SINGER  SIMBO HIRKO  #EL-ROHI
6:12
Simbo Hirko official
Рет қаралды 193 М.
Solomon Alemu | ACHI | New Afaan Oromo Gospel song (Official Music Video) 2024/2017
6:48
FAARFATAA YOHAANNIS TOLASAA: GAARIITTAN SIBEEKA
11:06
Olif Gudeta Official
Рет қаралды 30 М.
Gaariittan Si Beeka #New Afaan Oromoo Gospel Song | Yohaannis Tolasaa
11:41
Yohanis Tolesa official
Рет қаралды 23 М.
BONTU GETACHEW : YESUUSIN MALEE
7:01
OBORO MEDIA
Рет қаралды 288 М.
It’s all not real
00:15
V.A. show / Магика
Рет қаралды 20 МЛН