Yooyyaa- "Guyyaa dhalootaa sadiin qaba" - Obbo Leencoo Lataa

  Рет қаралды 4,676

Etv Afaan Oromoo

Etv Afaan Oromoo

Күн бұрын

Пікірлер: 8
@kithordofa
@kithordofa 9 ай бұрын
Jal Leencoo Lataa, Galaatooma wareegama baastaaniif. Qabsoon mana baataaniif maatii kessan ittidhabdaaniif, akkasuuman hin haafiine. Wanii gaariis, wan hammaasi fiidee laafa amma jiruu gaye jira. Lafaa amma gayye itra gara fuula duraatti akka deemuuf immo kana hoojeechu qabu dhaaloota boodaa jiruu dha. Your generation was selfless and you sacrifices were beyond limits. You will be remembered in history for generations to come. Salute!
@boontuboonsaa8145
@boontuboonsaa8145 Жыл бұрын
Qabsoo bilisummaa oromoo madda saamichaatti madda hundefama isaa hin dhokfamu. itti fufaa....... kutaa 2ffaa Yaamuu ilmaan oromoo dhuguma dhugaa fi haaqa qabsoo bilisummaa oromoo amantan waan kalessaa arabsoo ilmaan mushinarootaa orthodoxy Judaism Goototaa ilmaan oromoo irratti dubbachaa turan osoo onnee nama kessaa akka mudaamudii dhukubsaa osoo juru har'aa illee Giticha oromoo Jeneraala Taadassaa Birru arabsoo akkam itti kennamaa akka jiru dhageffadha. kalessaa Goobanaa bakka hin mul'anetti arabsamee maalre har'aas Taadassaa dhaan akkasuma arabsaa juru. Seenaa qabsoo bilisummaa oromoo akka isaaniin hundeffamee silaa dubbachuu isaaniin irraa qaanii haariro T/Haaymaanotii(A/Daanyee) fi Kumsaa Mooradaa maaliif himuu qaanfatan ???? Akiraa Gimiraa haaqa illee qabrii irraa olii akka iyyaa jiru silaa maal qabaa dhageffatan ???? Qabsoo bilisummaa oromoo isa naannoo meetaa, Adaa Bargaa, Guulalee, Salaalee, Eekkaa,Erari qoofa illee silaa bekkan Warruma Goobanaa malee dirmachuu bakka biraa wajjiin godhame akka hin taanee silaa hubatan arabsoo isaanii jarjaruu hin qabanii ture. Qabsoo bilisummaa oromoo haadhaawaa hoggotan 25 gutuu Goobanotaan godhamaa ture maaliif dhokfamuu akka barbaachisee yoo duguggaa sanyii oromoo kessatu ilmaan saglan borantichaa (Tuulamaa )irratti kana imaamatamee akka tahee waan kada irratti juru irraa olii raagaa qabatamaa dhufuu hin dandahu. itti fufaa......
@kithordofa
@kithordofa 9 ай бұрын
What sort of nonsense is this, idiot!
@boontuboonsaa8145
@boontuboonsaa8145 Жыл бұрын
Qabsoo bilisummaa oromoo madda saamichaatti madda hundefama isaa hin dhokfamu Seenaan qabsoo bilisummaa oromoo seenaa kojibaa bara "Darguu"kessaa godhamee haalaakkatamu dhugaa fi haaqa qabsichaa ballesuu hin dandahu. itti fufaa
@gebremekontaw2329
@gebremekontaw2329 4 ай бұрын
how much blood lost because of….
@muhamedsafi7325
@muhamedsafi7325 9 ай бұрын
ቆሻሻ ሽማግሌ የብልጥግና አሽከር ሆኖ ቀረ
@kithordofa
@kithordofa 9 ай бұрын
Tootooran akkake moo mal dalaage?!
@Ahmedmohamedmouse-m1h
@Ahmedmohamedmouse-m1h 2 ай бұрын
Waan fetee yoo jattenuu irraan kayaanee ini nama bilchaata waan taheef
Turtii Hayyuu Siyaasaa Obbo Leencoo Lataa Waliin Taasifame
29:21
AddisWalta - AW
Рет қаралды 2,7 М.
Yooyyaa! - "Waantan gaabbuun qaba!"  Obbo Leencoo LataaKutaa -2ffaa
24:19
진짜✅ 아님 가짜❌???
0:21
승비니 Seungbini
Рет қаралды 10 МЛН
Wednesday VS Enid: Who is The Best Mommy? #shorts
0:14
Troom Oki Toki
Рет қаралды 50 МЛН
HIR-KOO Marsaa 2ffaa Kutaa 25ffaa etv |Ebc  |Etv Afaan Oromoo |Ethiopia
31:25
CAAYAA DHALOOTAA - Dr.Alamtsahaay Tasfaa
31:04
FBC Afaan Oromoo
Рет қаралды 471
Ezekeil Gebissa in Conversation with Lencho Leta
1:04:30
Leencoo Lataa Waa’ee Jaal Marroo Maal Jedhe?
18:40
Kadiro Elemo
Рет қаралды 52 М.