Abbaakoo Hamman Ajjeesutti... | Dargaggoo Ogeeyyii | @araratvworldwide

  Рет қаралды 154,166

ARARA TV WORLD WIDE

ARARA TV WORLD WIDE

Күн бұрын

Пікірлер: 528
@yadinyadin3493
@yadinyadin3493 2 ай бұрын
Uuuufffffeeeeeee ararii waqayoo dhumaa qabu ulafadhu yesusi koo😢😢😢😢
@DeeziGamba
@DeeziGamba 2 ай бұрын
Uuuuuuffffffeeeee ufaadhu yesuse abba koo waqayyoo isn haa ebbisuu ebbifama dacha dacha ayyaana isaa siif haa bayyisu 😭😭😭💔💔🙏
@tedesutt9733
@tedesutt9733 2 ай бұрын
Nama waqqayo waqqayo barafi jirenya kesan haa ebisu ebbifama 😢🙏🙏🙏🙏❤️
@burtukanasefa6069
@burtukanasefa6069 2 ай бұрын
Waaqayyo Ayyaana isaa kanuman caalaa isinifa bayy'iisuu ciimsee nama isaa keessaa isina dhabuu Rajii !!! waagaa kuma nuf jiraadhaa ❤❤❤
@BishaqeeFiqiru
@BishaqeeFiqiru 2 ай бұрын
Waqayyoo olii waqaraa isiin haa eebbisuu nama waqayyoo rajii masii eebbifama ❤❤❤ Dhugaa jechaa hin qabu eebbifama ❤❤
@liyyubadhaso2956
@liyyubadhaso2956 2 ай бұрын
Amen amen amen amen amen amen 😢😢😢😢😢😢😢😢 ebbifamaa nama waqayo 🙏🙏🙏💖💖💖🙏
@Daniel-qe1fd
@Daniel-qe1fd Ай бұрын
uffffeeeee nama gooftan balbaala eebbaa irratti bane bara isaa guutu waqayyo isaan haa eebbisu dhaloota amma dhalotaatti inni hojii gaari hoojaate waaqayyo abbaa biraa iddo haara hin badne qabeenya bara kamiyyu danaa'oo fi biliin hin nyaanne mirga abbaa isaatti kuufachaa jiraa waqayyo bara raaji masarat haa eebbisu eebbifama 👋👋👋👋👋👋👋🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@MeetiiBarsisaa
@MeetiiBarsisaa 2 ай бұрын
Uuuffee waqayyoo sin ha ebbisu nama waqayyoo Rajii Masarat❤❤❤❤❤❤
@SaTre-t2p
@SaTre-t2p 2 ай бұрын
Namaste waqaayyoo Bari keessan haa ebbifamu amen 🙏 ❤❤❤ ebbifa amen
@MeseratAdugnaLamessa
@MeseratAdugnaLamessa 2 ай бұрын
Wqy inni muca kanaf Abba Isa walitti ararsite obbolesa Koo fi Abba kof ille godhi maloo Ani obbolesa Abba ko wajin wali hingalenqaba😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢
@yesusigooftaadha1391
@yesusigooftaadha1391 2 ай бұрын
Waaqayyoo kaadhadhu haadhoo koo ni daanda'a inni. Waalii gaalte maatti kuni bakka hundaa jiraa seexaana giddu isaani jirtu gooftaan yaa ifaatu.
@BirkeTefera-n2w
@BirkeTefera-n2w 2 ай бұрын
Wow waqayyoo bara baraan isiin haa eebbisuu eebbifamaa eebbifamaa
@eshalemethiopian3231
@eshalemethiopian3231 2 ай бұрын
Goftaa Araran Gutuu Maqaan Kee Ha Ulfatuu Yesus Koo 😥😥😥😥😥😥😥🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@meserettaganu5348
@meserettaganu5348 2 ай бұрын
Uuuuuuuuuuuuifffffffff amen. Isaan raraa godhuu araar aragati ebbifam ebbifam dachaa nama waqayya rajii meseret ebbifamaa 😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
@BurtukanTolera
@BurtukanTolera 2 ай бұрын
Uuuuufaaayyyyiii waqayoo issinii haa ebbisuu uu rajii kessa kotuu boqotee ♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🤲✅♥️♥️
@MariaMariaa-k1o
@MariaMariaa-k1o 2 ай бұрын
Uuuuffeeeee yesus abbaa kee hin jirruu yaddaa hamaa keesaa garraa yadaa keeping namaa debiftuu gallani siffii haa ta.uu teessoo gararati ❤❤❤❤❤😢😢😢🎉🎉🎉
@SamsonSimon-b6e
@SamsonSimon-b6e Күн бұрын
Please, botaum yemyawok sew comment lay tsafu
@مهاالشمري-ض1ب
@مهاالشمري-ض1ب 2 ай бұрын
Waqayyoo isini haa ebisuu namaa waqayyoo waqayyoo bagaa dhalotaaf isin kassee ayyana isaa dhumaa in qabanee isinif haa kennuu ❤❤❤❤
@FikadekarorsaTaye
@FikadekarorsaTaye 2 ай бұрын
Uuffee galatoomii abbaa furmaata raajii masoo waqayyoo amillee baraa keessan haa eebbisuu waggaa kumaa nuf jiraadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@TigistHayillu
@TigistHayillu 2 ай бұрын
Woow waqayyo bara kesan haa ebisuu rajii ulfadha galtomaa🙏🏼🥰🥰🥰🥰🥰
@Merii-j5x
@Merii-j5x 2 ай бұрын
Uuuufffffeee waaqayyo koo araari kee dhuma hin qabu galaatomii yesus koo🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ Ebbifamaa rajiin keenyaa waaqayyo issin haa ebbisuu nuf jiraadha umurii dheraa🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@Zarato-w9t
@Zarato-w9t 2 ай бұрын
Waqayo sin haa eebbisu Abban hojin gooftan haa kabajamu ❤❤❤❤
@AdanBulesora-dr7ws
@AdanBulesora-dr7ws Ай бұрын
Sobdu😢
@BdbHg-mr2bj
@BdbHg-mr2bj 2 ай бұрын
Waqayyo baraf jirenya kessan haa ebbisu nama waqayyo ❤❤❤
@PirtuKanete
@PirtuKanete 2 ай бұрын
Uuuuuffffeeeeee ararii waqayyoo dhumaa qabuu ulafadhuu yesusi koo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@GalaneGirma
@GalaneGirma 2 ай бұрын
Uuufffff Waqayyoo waqara sini yaa Eebisu namaa Waqayyoo umuri nuu dheradhaa❤️❤️❤️❤️🤲🙏
@AhmadPhone-o2p
@AhmadPhone-o2p 2 ай бұрын
amen amen amen amen amen amen 🙏 tebarku godasuntani 😢😢😢❤❤📕📕💯💯🍇🍇📖📖
@lovemy6167
@lovemy6167 2 ай бұрын
Uuúf yesuusu koooo ariri Kee dhumaa hin qabuu ulfadhuu 🙌😢😢😢 Rajii masi ebifaama waqaayyoo baara keessan haa ebisuuu ebifamaa umrii dheraa nuuf jiradhaa 😍😍
@AliyyiMahamad-z8v
@AliyyiMahamad-z8v 20 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@firaoljaleta108
@firaoljaleta108 2 ай бұрын
Waaqayyo baraaf jireenya keessan haa eebbisu maaloo nama waaqayyoo
@MeetiiBarsisaa
@MeetiiBarsisaa 2 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebbifaama waldaan araara 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@BirhaneeBayechaa
@BirhaneeBayechaa 2 ай бұрын
Waqayyoo baraf jirenyaa kesaan yaa ebisuu 😭 😭 😭 😭
@FatumaKh
@FatumaKh 2 ай бұрын
Waqayyoo isiin haa ebisuu baraa jirenyaa kessani haa ebisuu 😭😭😭😭😭😭😭
@YadoYado-k3j
@YadoYado-k3j 2 ай бұрын
Uuuuuuufffffffeeeeeee waqayyookoo anafis guyaa tokko gafiikoo naaf debiftaa Ameeeeeeen Ameeeeeeen🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲
@FantuFeyisa-b7o
@FantuFeyisa-b7o 2 ай бұрын
😭😭😭😭
@DndjDhdh-k5y
@DndjDhdh-k5y 2 ай бұрын
Bagumaa nuuf jirtani dhugaa waqayoo waqoyomtii isin haa ebbisuu ebbifamaa❤❤❤❤❤❤❤
@MariamErko-o9l
@MariamErko-o9l 2 ай бұрын
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️Uuuuuuufffff Barriikesaan Ha ebiifaamuu Namaa waaqayyoo ebiifaamaa Rajii masarat ulfatadhaa waaqayyoo Agalateefamuu jechatuu Namaa Aqataa dhugadhaa
@SmilingIceClimber-nc4ef
@SmilingIceClimber-nc4ef 2 ай бұрын
Uuuffeee , waqayyo bara kessan ha ebbisuu rajii kasii !!!
@abdiyadeta-iv7gc
@abdiyadeta-iv7gc 2 ай бұрын
Waaqayyoo inni addunyaa kanaaf sin kaase ammayyuu sin ha eebbisu. eebbifama waaqayyoo umurii dheeraa siniif ha kennu
@wayifanjs
@wayifanjs 2 ай бұрын
😢😢😢😢nama waqayo goftan bara jirenya kessan haaa ebisuuu ebifamaaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Abeelove
@Abeelove 2 ай бұрын
Nama waqayyoo gooftaan koo iyyeesus kiriistosin 🙏 umuurii keessaan haa dheeressuu ❤❤🎉
@abdisatame4013
@abdisatame4013 2 ай бұрын
wawo waanuma sirri gotan nama waqayyoo waqayyo isin ha ebbisu
@lalisekiyaa
@lalisekiyaa 2 ай бұрын
Namaa waqayoo waqumtii jireenyaa kesaa haa ebisuuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@eshalemethiopian3231
@eshalemethiopian3231 2 ай бұрын
Uuuuuuuffffffeeeeeyyyy 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Nama Waqqaayyoo Goftaan Bara Fi Jireenyaa Keessaan Ha Ebbiissuu Ebbiiffammaa Ebbiiffammaa
@AlamtoZaiter
@AlamtoZaiter 14 күн бұрын
Sifimoo abaan koo dabalee sif aa kenuuu ebifamii amayuu yaa namaa waqayoo ❤❤❤❤❤❤❤
@FantuFeyisa-b7o
@FantuFeyisa-b7o 2 ай бұрын
Waqayyoo ammasi dachadachaa ayyanasaa sinifaa bayyisuu nama waqayyoo waqayyoo dibee ebbifamaa ❤❤❤❤❤
@edjigayehuayana1001
@edjigayehuayana1001 2 ай бұрын
Waaqayyo haa ebbifamu inni raajii Masaratiin nuuf kenne ❤❤❤❤
@FantayeEticha
@FantayeEticha 2 ай бұрын
Waaqayyoo inni dachee keenyaaf dibee isiin kaase ulfiina haa fudhatu Nama waaqayyoo Eebbifamaa
@alamialami-dv3cr
@alamialami-dv3cr 2 ай бұрын
Waqayyo baraf jirenya keessan haa Ebisu Ebifama Ebifama Dacha dacha nama waqayyo illi illi illi illi illi illi illi illi illi illi illi illi illi illi illi illi illi illi 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
@Tayech-o5z
@Tayech-o5z 2 ай бұрын
Uuuuufffeeee Waqayyoo galataaf ulfiina ha argaatuu Raajii ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa
@hundechimdi4091
@hundechimdi4091 2 ай бұрын
Yaa Yesuus yoomuma na gargaartee anis lafa kana dhaqaa laata uuuuuuuuuuufffffffff😭😭😭😭😭😭
@Bontusilashi
@Bontusilashi 2 ай бұрын
Eebbfama waaqayyoo isin haa eebbisuu
@MESKELURAGASSA
@MESKELURAGASSA 2 ай бұрын
Waaqayyoo atii Wan dhadhabdee hin jiruu ulfadhuu❤❤❤❤
@TilahunBirhanu-y5t
@TilahunBirhanu-y5t 20 күн бұрын
Waaqayyoon Abbaa Araraati Galatoomi Waaqa koo Araarri kee Haa Baayyatu
@ObsiiEnyuumidhee
@ObsiiEnyuumidhee 2 ай бұрын
Waqaayyoo baraa jirenyaa keesaan haa ebisuu ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa 😢❤
@FIRRUUMEDIA
@FIRRUUMEDIA 2 ай бұрын
Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa ebbifamaa darbaa addemaa maqaa yesusn Haleluyaa yesus mottii bara keesan dachaan yaa ebbifamuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
@Letigurmessa
@Letigurmessa 2 ай бұрын
Wow uuff,...baay'ee eebbifami Raajii!
@maskaramdarajee4970
@maskaramdarajee4970 2 ай бұрын
Nama waaqayyoo ebifama 1:33 ❤ ebifama uuuuuf 😢jira yesus 😢❤ 2:01
@ArgechoAlemayehu-h5d
@ArgechoAlemayehu-h5d 2 ай бұрын
Ebbiiffami obbolleessa Koo!!❤❤❤
@birtkanstore4268
@birtkanstore4268 2 ай бұрын
Uuuuuuffeeyy bayyee namaa dhukkubsa abbaa rakkatoota innii isinii godhee haa ebifamuu❤❤❤❤
@imanekumaleephisamucaakaku5780
@imanekumaleephisamucaakaku5780 2 ай бұрын
Waaqayyoo gaaridha garuman isa bara amma baratti Ameeeeeeeen Ashuuuuuuu dachan Eebbifama 😢
@ZinaKool-o4e
@ZinaKool-o4e 2 ай бұрын
Uuuuuuuffffffff akam namti tola ebbifaama ebbifaama ebbifaama waldaa araraa 📖📖📖✅✅✅💯💯💯🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤
@EjigayoBoruEjigayo
@EjigayoBoruEjigayo 2 ай бұрын
Waaqayyoo isin haa eebbisu eebbifamaa 😢😢😢😢🎉🎉🎉
@burtedabela4028
@burtedabela4028 2 ай бұрын
Waaqaayoo baraffii jireehyaa keesani ya ebiisuu ebbifaamaa nama waaqaayoo Rajii maasarati ebbifaamaa akuma namafi dhukusatani gooftaa macaa kanuma calatii hayyani fi ubaana oguumaa saa sinifi yaa daabalamuu ebbifaamaa maqaa kiiritoosiini 😭😭😭😥😥🙏🏻
@Galoocawaqaa
@Galoocawaqaa 2 ай бұрын
Waqaayyoo baraaf jirenyaa keessaan haa Ebbisuu ebbiffaamaa dachaa dhaan 💘❤❤❤❤
@uaedemoejegayo.fiqiruu.6410
@uaedemoejegayo.fiqiruu.6410 2 ай бұрын
Waqaayyoo isiin hajjrchiisu rajii masarratt Ebiiffamaa ❤❤
@LaylaSaifu
@LaylaSaifu 2 ай бұрын
Uuuuuuuuuufffffeeeee😢😢😢😢😢😢😢😢😢Waqayyoo koo waqaa Jalaalaa Sifii wanii hundumtinu Salphaadhaa Yesuus koo 😢😢😢😢🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏
@megersaasefa6868
@megersaasefa6868 2 ай бұрын
Waaqayyoo umurii dheeraa isiniif hakennu 🙏🙏
@MulataaSefuu
@MulataaSefuu 2 ай бұрын
Uuuuuuuufffffff yesuus waqaa jalalaa ayyyyyyiiizzooo wqyoo Jira rakkinni jiraa garuu obsaa
@zxczxc3083
@zxczxc3083 2 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢Waqaayoo isin haa ebbisuuu nama waqaayoo 😢😢😢😢
@DastaAbera
@DastaAbera 2 ай бұрын
abba garii goftaa siini haa ebbisuu❤❤❤❤🎉🎉
@AsaaAdsaa
@AsaaAdsaa 2 ай бұрын
Uffeeee namaa waaqqaayyoo siihaaebbisuu 💕💕💕💕 dhuuggaa waaqqaayyoo ❤️
@AyantuBortula
@AyantuBortula 2 ай бұрын
Waqayoon isin haa ebbissu nama waqayoo ❤❤❤
@AsiifRabbiif
@AsiifRabbiif Ай бұрын
Akkuma arari waqayyoo dhihoo dhekamsisas baay'ee finina ❤
@YohanesRata
@YohanesRata 2 ай бұрын
Waaqayyoo issin haa eebisuu
@NegaseTeshome
@NegaseTeshome 2 ай бұрын
Maali baareduu Koo ati xiqoodhami dhugaa baayy,e naa bochifte gurbaa obboleyyani akka kee baayy,e qaba 😭😭😭😭😭😭
@hawahawa2475
@hawahawa2475 2 ай бұрын
Waqayyoo barafi jirenyaa kessan haa Ebbisu dachaa dachaa dachaa 😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉
@YosefBere
@YosefBere 2 ай бұрын
Waaqayyoo isiin haa Eebbiissu uuuuufee
@laliselenjisa2230
@laliselenjisa2230 2 ай бұрын
Uuuuuufffeeeee waaqayyoo haa ulfaatu kan araara isiinif godhe . Rajii waaqayyoo barafi jireenya keessan haa eebisu dacha dachaan
@KanoGudisa
@KanoGudisa 10 күн бұрын
😢 dhifama issinif yaa ta'uu maquma yesuusiin 😢
@EmuEmu-qt5kt
@EmuEmu-qt5kt 2 ай бұрын
Waqayoo arara siif busuu😢😢😢😢😢😢😢
@ayyyaantuubaayisaa6732
@ayyyaantuubaayisaa6732 2 ай бұрын
Uufe ulafadhu Yesu ❤️
@yerosaduguma2159
@yerosaduguma2159 2 ай бұрын
Uuuuuuuuu❤ waaqayyo sihaa eebbisu raaajii masarat ammayyuu daddabalee
@AlamiAlami-lc9ji
@AlamiAlami-lc9ji 2 ай бұрын
Waqayyoo si haa eebbisuu eebbifamii❤❤❤❤❤❤❤
@Cvv-y2y
@Cvv-y2y 2 ай бұрын
Waaqayyoo iisin Haa eebbisuu nama Waaqayyoo
@MetPretty
@MetPretty 2 ай бұрын
Wow this is the pawor of Jesus
@SleepyAtom-sq7se
@SleepyAtom-sq7se 2 ай бұрын
Ebiiifamaa waqayoo barafii jirena kesani yaebiisuu
@amensisa0435
@amensisa0435 2 ай бұрын
Waaqayyo sinaa eebbisu Raajii Masarat🙏
@Gemechu-uj4tk
@Gemechu-uj4tk 2 ай бұрын
Bari keessan haa eebifamu raajiiko imimaanni na keessa ta'uu dide waaqayyo isinaa eebisu
@TadaloMindy
@TadaloMindy 2 ай бұрын
Nama waqayoo nuf ebifamaa dachaa❤❤❤❤❤❤
@SarahAlsarah-r3r
@SarahAlsarah-r3r Ай бұрын
Waqayyo isin haa ebbisu
@KumaaDhaabaa
@KumaaDhaabaa 2 ай бұрын
Waaqayyoo si Yaa ebisuu obbolesaa ❤❤❤❤❤❤
@AlemAlem-t7r
@AlemAlem-t7r 2 ай бұрын
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen
@habibahabiba8773
@habibahabiba8773 2 ай бұрын
አሜን አሜን 🎉🎉🎉🎉🎉
@Feenat-q2r
@Feenat-q2r 2 ай бұрын
Waqqqaayyyooo waqarraa isin haa ebbiisuuui❤❤❤❤❤❤❤❤
@seenaazerfu5444
@seenaazerfu5444 2 ай бұрын
Wow amazing ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Jesus is lord 💪💪🙏
@dgdehdhd6277
@dgdehdhd6277 2 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamaa Nama waaqayyoo 😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢
@Bontuu-f3y
@Bontuu-f3y 2 ай бұрын
ameen ameen waqaayyoo baraaf jireenyaa keessan yaa ebbisuu namaa waqaayyoo❤❤❤❤❤😢😢😢😢
@SaraSara-ft4gc
@SaraSara-ft4gc 2 ай бұрын
Ebbiiffaammaa nama waqayyoo❤❤
@obsinetmalee6182
@obsinetmalee6182 2 ай бұрын
Uuuufeeee Waqayyoo isin haa ebbisuu ❤❤❤
@chalafikirutolesa3248
@chalafikirutolesa3248 2 ай бұрын
Rajiin koo waaqayyoo issin ha eebbisuu
@Lansee_workuu
@Lansee_workuu 2 ай бұрын
Wow❤ waaqayyoo araraa qabeesa uuuuuffffeeeeeee😭😭😭😭
@MilkiiTadese
@MilkiiTadese 2 ай бұрын
Yaa rajii masaratii anii wananii jedhuu bekuu waqayon cimsee nufii si dhabuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MsaiMsai-x9e
@MsaiMsai-x9e Ай бұрын
❤❤❤❤❤bayeee gaariidha
@takaludabalaa8968
@takaludabalaa8968 2 ай бұрын
Uuufffeee waaqaa ararraa ulfaadhuu ❤❤❤❤
@AQa-q3s
@AQa-q3s 2 ай бұрын
Uuuuuufffff ebifamaa nuuufi jiradhuuu❤❤❤❤❤
Qarookoo Na Dhabsiise | Dargaggoo Ogeeyyii | @araratvworldwide
5:20
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 58 М.
Haacaaluu waliin firummaa qabduu?  Faar. Solomoon Alamuu
28:58
Qaanqee Show
Рет қаралды 174 М.
Правильный подход к детям
00:18
Beatrise
Рет қаралды 11 МЛН
Арыстанның айқасы, Тәуіржанның шайқасы!
25:51
QosLike / ҚосЛайк / Косылайық
Рет қаралды 700 М.
СИНИЙ ИНЕЙ УЖЕ ВЫШЕЛ!❄️
01:01
DO$HIK
Рет қаралды 3,3 МЛН
ሳይንስ የማይመልሳቸዉ ጥያቄዎች! Unexplained Truth | ዶ/ር ሮዳስ ታደሰ
28:48
𝗘𝘁𝗵𝗶𝗼 𝗞𝗶𝗻𝗴𝘀 ®
Рет қаралды 382 М.
Hilarious Sermon Moments with Pastor Dawit Molalign | Funny Preaching Compilation
10:43
ምስክር / Witness Tube
Рет қаралды 181 М.
Suusiif Qarshii Hin Dhabu  | Dargaggoo Ogeeyyii |   @araratvworldwide
10:39
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 29 М.
Sagantaa guyyaa ayyaana fi af-gaaffii Maatii Faarfataa Solomoon Alemuu waliin
1:22:28
Zakir Naik Looses It on Audience and Christian Missionary
13:44
Only One Way
Рет қаралды 1 МЛН
Qoccolloo abbaa manaafi haadha manaa
12:07
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 125 М.
Mijuu Fidnee Dhufne  Haadholii Booranaarraa Dhufan | @araratvworldwide
22:16
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 94 М.
Gaa’ela Kee Nijaallattaa? | Dargaggoo Ogeeyyii |  @araratvworldwide
5:56
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 155 М.