Raajii Masarat Maaliif boo'ani? Nama Hundumaa Kan Boossise Dhuga-baatii Warra Raajii Masarat Taayyee

  Рет қаралды 505,322

ARARA TV WORLD WIDE

ARARA TV WORLD WIDE

2 жыл бұрын

#ARARA_TV_WORLD_WIDE #SUBSCRIBE
VIDEO haaraa gadhiisnu hiriyyootaafi maatii keessan bira akka ga'uuf,
Share, 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄 godhaatii ittiin Eebbifamaa. Galatoomaa!
𝗖𝗹𝗶𝗰𝗸 𝗧𝗵𝗶𝘀 𝗟𝗶𝗻𝗸:- 👉👉bit.ly/39pb69q
SUBSCRIBE TO
OUR YOU TUBE CHANNEL ARARA TV WORLD WIDE SERVICE BY PROPHET MESERET TAYE
UNAUTHORIZED DISTRIBUTION AND RE UPLOAD OF THIS CONTENT IS STRICTLY PROHIBITED

Пікірлер: 774
@mesia3420
@mesia3420 2 жыл бұрын
እኔ ኦሮምኛ አልሰማም ብቻ ይህ አገልጋይ ሲያገለግል ትልቅ ፀጋ እንዳለበት ይታያል ይጨመርለት በጥፍ የማይኮፈስ አገልጋይ ትሁት ደስ የሚል መንፈስ የጌታ ያለበት አገልጋይ ይጨመርለት
@sintayehutadese8824
@sintayehutadese8824 2 жыл бұрын
አሜን አሜን አሜን ክብር ለእግዚአብሔር ይሁን የወደቀው የሚያነሳ የደከመውን የሚያበረታ የጎደለውን የምሞላ የናዝሬቱ ኢየሱስ ስሙ ይባረክ ነብይ መሰረትን ጌታ ያስነሳው ለጠፋው ለትውልድ ነውና ዘመን አገልግሎት ይባረክ ይህ ምርቃት ትላቅ ምርቃት ነው ተባረኩ🙏🙏🙏
@aslafayela9078
@aslafayela9078 2 жыл бұрын
አሜንንን አሜንንን አሜንንን 😭😭😭😭😭😭😭
@abaaba1950
@abaaba1950 2 жыл бұрын
Uuuuuuuffff ffeee Ielelelelelelel elelelelelelelelel elelelele Eebbifamaaaa Ameeeen Ameeeen Dhugaa dhaa Eebbifamaaaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭📖⛪🙏👏🤲Waqaayyoo galatuu 🙏
@MdevegmailcomMdeve
@MdevegmailcomMdeve 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeni Ameeeeeeeeni waqayyo issina ebbisu umurri dherra jirradha Rajji waqayyo isini yee ebbisu 😭😭
@abebechwakweya9858
@abebechwakweya9858 2 жыл бұрын
አሜንንንንን እግዚአብሔር አላማስላለዉ ከልጅነቱ ጀምሮ በመከራ አለፈ እግዚአብሔርም አጽንቶት አቁሞት ዛሬ ለትልቅ ትዉልድ አተረፈዉ እነዴት ድንቅ አምላክ ነዉ የሚናመልከዉ ዛሬ እኛ በመከራ መጽናት ተባረኩ አሜን አሜን እርዳን ለበረከት ሁኑ🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@nazretyosef7195
@nazretyosef7195 2 жыл бұрын
Please tell us in English you are blessed brothers❤
@daraartuuoro6694
@daraartuuoro6694 2 жыл бұрын
woow gooftaan baraaf jireenya keessan haa eebbisu R.masarat umurii nuu dheeradhaa❤❤❤❤
@keebarkeewayyaa7510
@keebarkeewayyaa7510 15 күн бұрын
Namni qorumsa danda'ee dandamatee darbe akkam cimaadhaa! 🥰🥰🥰🥰 Raajin masarat qoramee, sileeffamee, qoraafameet nuuf bahe.
@mistukanaa9754
@mistukanaa9754 2 жыл бұрын
Waqayoo amas umurii kesaanii haa dhersuu wagaa 1000 nuuf jiradhaa matii rajii masii ❤❤❤❤❤👍👍😭😭😭
@obsiifuurtuujireenyaati3719
@obsiifuurtuujireenyaati3719 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭booyee du'ee hadha koo Seenaa hadhaa kooti woli fakkata. Ebbiffaamma ebbifamma dacha waqayyoo kana caalaa hubbaanna oggummaa isiniif haa baayisuu ilililiii lililililililiii haleluyaa ammeeen ebbifamma
@dhagaagoleetube7621
@dhagaagoleetube7621 Жыл бұрын
Sabiskirbi naf kotuu ani sabickrb sif godheraa
@GutuuTadalaGeda
@GutuuTadalaGeda 2 ай бұрын
God bless you and all Christian family and also for everyone ❤❤❤
@user-ih7yz8po3k
@user-ih7yz8po3k 2 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ishoo bagaa Jiraatteen kanaa Argitaan gooftaan haa eebbifamuu Qoramun keessan yeroosii ammaa gammachuuf kanaa sin argisiise amen ❤️❤️🌍🌍❤️❤️🌍🌍🙏🙏😭😭😭😭
@Sarontube
@Sarontube 2 жыл бұрын
Dhugummatti namati dhaga'amaa 😭 seenaa baay'ee gara naama nyatudha ufffiii 😥 hundumaa keessati waaqayyoof galanii guddaan haa ta'uu isaa hundumaa keessaa isin dabarseef
@user-ih7yz8po3k
@user-ih7yz8po3k 2 жыл бұрын
Seenaa nama boosisudha Dhugaa gaaruu waaqayyoo boo'icha Iiiiiiiiieelleeetti jijjiraa haalleeluyaa❤️🥰
@user-nt4zb7wj2w
@user-nt4zb7wj2w 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuffffffeeeeee waaqayyoo isin haa eebbissu isin harmee Raajii masarat qofaa miti haadha saba hundaatti malee waaqayyoo hammayyu Umurii keessan nuf haa dheeressuu eebbifamaa !!!
@user-rw7ip6ej5t
@user-rw7ip6ej5t 2 жыл бұрын
Wowowww galani fi ulfini waqqyyoo isaa gudaaf haa ta,uu ♥️♥️♥️♥️♥️♥️🤲🤲🤲🤲🤲🤲armee fi abayee waqqyyoo umurii dheraa isinif haa kenuu ♥️♥️♥️🙏🏻
@martaaddisu8105
@martaaddisu8105 2 жыл бұрын
ዘካርያስን በመሰዪቴ በጣም ደስ ብሎኞል ኦሮሞኞ አልችልም ግን በእምነት ደስ ብሎኝ እሰማለሁ
@firaolberi7646
@firaolberi7646 2 жыл бұрын
I cried when I heard this testimony! Amazing ,talented and unique mother . God bless u!
@WorknishWorknish
@WorknishWorknish 21 күн бұрын
Rajii masaratii kenaa waqayoo sabbasaa karaa kesanii fayisuuf isiin nuuf kenee ufii rajii keenyaa nuuf jirradhaa hameeen ameeen waqayoo abbakenyaa figalanii attauu maligaa dhugumaan dhugaa batii garanamanyatuu
@hawiilove7435
@hawiilove7435 2 жыл бұрын
Nagaan isiniif ha ta u Waaldaa Araara waqayyo Addunya 💓💓🙏💓💓
@biftuumucaakakuu6474
@biftuumucaakakuu6474 2 жыл бұрын
Amen Amen waqayyoo dachaa godhee isin haebisuu ebifamaa umurii dhiraa jiradhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤💕💕💕💕💕💕💕🙏📖📖📖🙏🙏📖📖
@abdinijiraayesusibiraa7242
@abdinijiraayesusibiraa7242 2 жыл бұрын
AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN EBIFAMAHA EBIFAMAHA EBIFAMAHA EBIFAMAHA EBIFAMAHA EBIFAMAHA EBIFAMAHA EBIFAMAHA AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN
@daleeabdiisa5407
@daleeabdiisa5407 2 жыл бұрын
It touches me. woow Dhugaa seenaa ajaayibaasiisaadha. Baga nu qoraasataani as baaftaani. Waaqayyoo waan dinqii godhe. Stay blessed Prophet Mesert Taye.
@kenakena-xx4jl
@kenakena-xx4jl 11 ай бұрын
Ammeen Ammeen ebifama waqayyoo uumurii dheraa isinaa dheresuu❤❤❤
@hawiilove7435
@hawiilove7435 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Waqayyo keenya ha Ulfaatu goofta jesus chirsitos Ameen Ameen Ameen Ebbifama Abbaa keenya fi harmee keenya 💓💓& raajii masii Nama waqayyo Ebbifama dachaa dachaan 💓🙏💓 good pless you And your family 💓🙏💓
@maramhabib7718
@maramhabib7718 2 жыл бұрын
አሜን።ቆቀ።አለቂሚ።ዚሚ።ቢዬ።ኢፈዎሰለዉ።አሜን።ተፈጸመ❤❤😭🌹🌹
@Sameer-oc7oe
@Sameer-oc7oe 2 жыл бұрын
Abtun intu nachow
@shobashoba1413
@shobashoba1413 2 жыл бұрын
Ameeeen
@dagimgizaw9022
@dagimgizaw9022 2 жыл бұрын
Wwwwww
@tsige-ki5pi
@tsige-ki5pi 5 ай бұрын
Mammeen ammeen waqayoo umurii keessan haa dheresuu nuf jiradhaa
@lilyas4659
@lilyas4659 2 жыл бұрын
Bagaa waqayoo issin gargareee hadhaa kooo jiradhuuu amyuuuu umriin keesan haa dabalamuu namaa tolaa dhugaa ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebbifamaa 🙏❤💖
@asterbirhanu5101
@asterbirhanu5101 2 жыл бұрын
AMEEEEEEEN AMEEEEEEEN EBBIFFAMAA EBBIFFAMAA maatii waqayyoo Amazing !!!!♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏
@senaa2350
@senaa2350 2 жыл бұрын
*Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen uuuuuuuuuuufffeee Elelele Elelele Haleeluyaa Galanif ulfinii Waqayoof haa ta uu Ameeeen Bagaa Waqayoon isiin Gammachisee Wantaa Hundumaa isiin argisisee😭😭😭😭🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼💓💓💓💝💝💝💝💝❣️❣️❣️❤️❤️❤️💘💘📚📚📚📚📚📖📖📖📖*
@galoocawwaqa1620
@galoocawwaqa1620 2 жыл бұрын
uuuuuuuuuffffffffffeeeeeeeee waqaayoo baraaf jirenyaa keessaan gutumaa baraa keessanii haa ebbisuu ebbifamaa dachaa diribii dhaan 😭😭😭💔💔💔💔♥️♥️♥️♥️♥️💘💘🥰🥰🥰🙏🙏🙏
@workeabera9260
@workeabera9260 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen ameen aleluya ebbifama waqayyo gudadha sodatamadhas
@hadhaako
@hadhaako 2 жыл бұрын
Anii imaman qabachu dadhabeee uuuuuuuuuuuuuuuffffeee goofta Isa seena nama haresuuf galanii ha tahu 🥰🥰🥰😭
@user-lz7wk5of9d
@user-lz7wk5of9d 4 ай бұрын
Waqayyoo ijollee keessaan Raajii masarat yaa ebbisuu hadhaa fi abbaan kessaan yaa ebbifamuu ebbifamaa Ameen Ameen Ameen
@dychalka5140
@dychalka5140 2 жыл бұрын
Waw waw What amazing testimony. Glory Glory for God.
@yigeremueyoel379
@yigeremueyoel379 2 жыл бұрын
WHAT A GREAT,BLESSED,FORTUNATE,MIGHTY AND UNIQUE TESTIMONY AND ENCOUNTER PRAISE THE LORD HALLELUJAH::
@ebisaworku3816
@ebisaworku3816 2 жыл бұрын
Waaqayyo gooftaan ammaayyuu isaan haa eebbisu! Ani kana Caalaa waanummaan jedhuyyuu hin qabu. Waa'ee Raajii Masaratiif baay'een gammada!
@kaayyoogoota4230
@kaayyoogoota4230 2 жыл бұрын
Wow umurii dheeraa isiniif haa kennu Matti Eebbifamoo❤❤❤
@godislove6054
@godislove6054 2 жыл бұрын
uuuufffffeee Ameen Ameen Ameen maqaan waqayyoo bara baraan haa ebbiffamu ebbiffama ebbiffamoo matti waqayyoo😭😭😭😭😭❤❤❤❤❤👏👏👏👏👏
@AAbus-vu9ex
@AAbus-vu9ex 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen Waqayyo Umure keessani hunduma haa Eebbisu Eebbifama
@tigistbeshah756
@tigistbeshah756 2 жыл бұрын
Zekariyas enaa meseret betam yetewadaduu agelgayochee tebarekulgneee
@urjiiitalaabadiyya1947
@urjiiitalaabadiyya1947 2 жыл бұрын
Uuuufffeee waqayyo fii galanii hat'uu Ebifamaa ebifamaa kanani calatii ❤❤🙏🙏🙏🙏🙏
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 2 жыл бұрын
Woooww Woooww ebbifama ebbifama umuri dheeraa wajjin jiradhaa
@astermakkonin5331
@astermakkonin5331 2 жыл бұрын
Hojjin waqayyoo guddadha galanisaa isaaf haa tau 🥰🥰🥰💥💥💥💥❤❤❤🙏🙏humuri kessan waqayyoo isinif haa dheeressu
@faantuuinjiguu9182
@faantuuinjiguu9182 2 жыл бұрын
Deessu haadha raajii maasii waaqayyoo umurii kee nuuf dheeresse dinqii kanaa irraa caluu sii agarsisu haadha gotaa gotaatu gotaa dhalaa garaan kee raajii maasii nuu latee baraa baraan haa eebbifamu Waaqani raajii maasi nuuf latees bara baraan ol ol haa jedhuu kabajama abbaa keenyaa iyesus haa ulfatuu ammmeeen
@mamitugeleta3752
@mamitugeleta3752 2 жыл бұрын
Raajii Meseret waaqayyo gooftaan maccaa sis maatii kees haa eebbisu eebifama! Maatii eebbaa ta'a! Ayyaani fi araari waaqayyo yeroo hunda isin wajjiin haa ta'u!
@naniethiopia5447
@naniethiopia5447 2 жыл бұрын
Umurii dheeraa waaliin jirraadhaa ammayyu long life 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@user-zg2qn9lv6l
@user-zg2qn9lv6l 5 ай бұрын
Maloo waaqayyoo bara keessaan haa ebbisuu seenaan harmee kana kan harmee koo wajjiin tokichaa waaqayyoo inni wan hundumaa keessaa nama dabarsuu haaulfatuu ameeeeen umurii dheeraa jiradha
@user-qr9fw9mi1p
@user-qr9fw9mi1p 4 ай бұрын
I love Pro. Meseret Taye.amen amen amen amen amen
@danaaldana3182
@danaaldana3182 2 жыл бұрын
Ebbifama Waqayyon umurii issina dheressu amen 👍🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@jusice9819
@jusice9819 2 жыл бұрын
If possible please put a subtitle whether in english or amharic so many people can hear the testimony and be a part of the blessing. Thank you
@bashatuubashat3082
@bashatuubashat3082 2 жыл бұрын
Uuuuuufffffeeeeeee waqayyoo innii senaa namaa jijijruuf galanii haa ta.uu Ameeeen Ameeeen ebbiiffammaa 🙏🙏🙏🙏
@ayantutube5457
@ayantutube5457 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen ebbifama dhugaa waldaan arara waaqayyoo
@ayyyaantuubaayisaa6732
@ayyyaantuubaayisaa6732 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen waqaayoo bara jirenya kesanii ha ebisuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💗💗💗❣️❣️❣️❤️💗💕💕
@Siifjira1000
@Siifjira1000 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuffffeee yesus koo ulfaadhu kaa ati ameeen ameeen eebbifamaa guddaa kabajamoo saba gooftaa
@margeeyesuusiif4484
@margeeyesuusiif4484 2 жыл бұрын
Ameen Ameen waaqayyo bara keessan haa eebbisu Ebbifamaa darbaa nuuf jiraadha 🙏🙏🙏😭😭😭❤❤❤❤❤❤❤
@rosadube2399
@rosadube2399 2 жыл бұрын
Ameeeeeeen Glory Glory hallelujah thank you, Jesus, 🙏🏾🙏🏾 we love you prophet Mesarat
@mazaretmamo7178
@mazaretmamo7178 10 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@chaltufayisa1400
@chaltufayisa1400 2 жыл бұрын
Ammmeeeeen uuuufffeeekkkaaa hojii kee ulfadhuu abbaa koo💞💞💞❤❤❤❤✝️🤲
@yerosaanjf9922
@yerosaanjf9922 2 жыл бұрын
Huuuuuuffffffff bagaa waqayyoo dadhabii keesaan ijaa saa isin argisisee Hadhoo ko 😭😭😭😭😭
@LalistuNemera
@LalistuNemera 19 сағат бұрын
Waa,een raajii masaratiif jechumaa dhaba jirraa gooftaan isaan haa eebbisuu ittuma dabalee
@abdiijiraata7809
@abdiijiraata7809 2 жыл бұрын
Ammmmeeen ammeeen waaqayyoo haa ulfatuu uuuuuuffffeee waan araa godhaa waaqayyoo🙏🙏🙏🙏🙏
@kibeesorii6666
@kibeesorii6666 2 жыл бұрын
Uuuuffffeeee bagaa waqaayyoo isini fayyisee Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen ❤ ❤❤❤❤❤💯💯🙏🙏 Ulfadhuu waqaa koo
@donedd3687
@donedd3687 2 жыл бұрын
Waaqayyof galanni haa ta'u Amen Eebbifamaa maatii Eebbifamoo ♥️♥️♥️🙏
@zxczxc3083
@zxczxc3083 2 жыл бұрын
Ufeee amen amen ebbifamaa waqayooo hunduma kesaaan haa ebbisuu ebbifamaa amen amen amen amen amen ililliliilililililili amen amen
@damefabdiijira577
@damefabdiijira577 2 жыл бұрын
uuuuuuufffff ameeeeeeeen waqaayyoo siin eebbisuu maatii eebbiffaamoo❤❤❤❤😭😭😭🙏🙏
@almaztesfa1039
@almaztesfa1039 2 жыл бұрын
Waqayyo galani haa ta'uu, ebbifama umurii dheradha,
@Clarie603
@Clarie603 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen 🙏 ❤ inni goftaan seennaa namaa jijiiruu ammaas yaa gaalatommuu
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 2 жыл бұрын
AmmmmmmeenAmmmeen Ammeen Ammeen ebbifamaa waqqayyoo baga siin fayyisee hamaree keenyaa 🙇🙇🙇🤲🤲🤲🤲🤲
@warqituumulataa373
@warqituumulataa373 2 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen umurii dheeradha nuuf jiraadha maatii waqaayyoo nuuf kennee siin badhaasa keenya ❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏
@Derartu-wg4do
@Derartu-wg4do 2 ай бұрын
Wawawaw waqayoo umurii dheraa isini haa kenuu♥️♥️♥️♥️♥️♥️🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@dinqiturafisa4184
@dinqiturafisa4184 2 жыл бұрын
😢😢😢uuuffffeeee waaqayoo umurii kessaan haa dhereesuu kana calatti ebbifamaa🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏🥰🥰🥰🥰🥰💝💝💝💝💝
@yaadaoromoo5012
@yaadaoromoo5012 2 жыл бұрын
Ameen raajii meseret tiruun koo baayee naa dhukkubaa jiraa akka naaf kadhatan adaran isiini jedhaa beelamaan jiraa jijiruudhaf dhukkubaa baayeen qaba milii koo naa dhiitaa dhiigaa keesaa kooti gogee
@martbirqtube2501
@martbirqtube2501 2 жыл бұрын
Waaqayyoo Goftaan haa Ulfaatu kana hundaa Dabaarsee kan Caraa kana Arguu sinnif kenne!!👏👏👏👏👏😭😭😭
@martbirqtube2501
@martbirqtube2501 Жыл бұрын
@@desistuutube3083 siif ta'e wan mattiif barbaachiisu hojeedhu malee.
@user-gq5ed2oq1e
@user-gq5ed2oq1e 7 ай бұрын
Ammeeee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sawa8227
@sawa8227 2 ай бұрын
🙇🙇🙇🙇
@agcell3731
@agcell3731 2 жыл бұрын
ዋዉ እልልልልልል እልልልልልልል እልልልልልል እልልልልልልል እልልልልልል እልልልልልልል እልልልልልል እልልልልልልል እልልልልልል እልልልልልልል እልልልልልል እልልልልልልል እልልልልልል እልልልልልልል እልልልልልል እልልልልልልል እልልልልልል እልልልልልልል እልልልልልል እልልልልልልል እልልልልልል ሀሌሉያ ክብርና ምስጋና ለዚህ ጌታችን ይሁን እሰይ ሀሹ ውይይይይይይ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@mucaayesuus4916
@mucaayesuus4916 2 жыл бұрын
Wwwwwwwwwww ufffeeeeeeeee Ameeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeen bagaa Fayyitanii jirtanii Haraa keesaanii harimee koo ufffiiiiiiiii🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@alazaralazar
@alazaralazar 2 жыл бұрын
Ayii 😭 Waaqayyo isa hundumaa danda’uuf galanni guddaan haa ta’u !
@amenuassebe4363
@amenuassebe4363 2 жыл бұрын
waaqayyoo bara baraan haa eebbiffamu inni maatii eebbiffamoo biyyaaf kenne
@kumekananisaa2273
@kumekananisaa2273 2 жыл бұрын
Ameen ameeeeeen waaqayyoo galanii gudani haa ta.uu 🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🤲🤲🤲🤲🤲🤲❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍❤😍😍
@aberagetachew6827
@aberagetachew6827 2 жыл бұрын
Ameen waaqayyoof galata guddaa siniif immoo waliin umurii dheera haa kennuu waaqayyoo!!
@Eyesonjesus4ever
@Eyesonjesus4ever 2 жыл бұрын
Amen amen 🙏🏽 love 💕 you ❤️🌳❤️😍🙏🏽
@singitaanyesus8479
@singitaanyesus8479 2 жыл бұрын
Uuuffeee waqaayyof galaanni guddaani haa ta'u inni wan hunduumaa keessa isin dabarsee nama galaata isin goodhe nuu jiraadha ❤❤❤❤❤
@faarffannaaafaanoromoo908
@faarffannaaafaanoromoo908 2 жыл бұрын
Wooow wooow😢Seenaan Nama Waaqayyoo Seenaa Baay'ee Ajaa'ibaati Uuuuf Maatiin Isaaniillee Guddaa Eebbifamaa😍😍😍😍😍🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@alamicaalaa2290
@alamicaalaa2290 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen illi illi illi illi illi illi illi illi illi illi illi waqayyoof galan haa ta,u kabajami goftako ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@IbsituLelisa
@IbsituLelisa Ай бұрын
waaqayyoon guddaa isa siin haa ebbisuu gaaltomaa!!!🎉❤
@LovelyJasmine-nu5im
@LovelyJasmine-nu5im 7 ай бұрын
Obsii qoramanii ba'uu fida qoramanii ba'uu fida Ameen
@shibire7870
@shibire7870 2 жыл бұрын
ameeeeen ameeeeen ameeeeen uuufffff yaa waaqayyo maqan kee ha kabajamu rajji masart ebbifama harmen keessans ummuri adheratanu 😭😭😭😭❤❤❤❤❤
@BooniiLataa
@BooniiLataa 2 жыл бұрын
Wowoww uffff hunduu waaqayyoof in dandamaa eebbifamaa maatii eebbifamoo
@abeeasfa3513
@abeeasfa3513 Жыл бұрын
Amen Amen sinumatu nama ebati kanaf dhali kesanis nama eba tae 💋💋💋♥️♥️💝💝💔❤️❤️❤️💔💔💔💝💯 ebifama mati gari☝️🤲📖
@dinqotafasa
@dinqotafasa 2 жыл бұрын
Ameeeen ameeeen ameeeen ameeen bagaa jirtaa hadhaa keenyaa ammaas darbaa jiraadha
@anisoromoodha6144
@anisoromoodha6144 2 жыл бұрын
Ayyaanni waaqayyoo kana caalaa siniif haa baayatuu uuuuffff👏🙏🙏
@ashenafikitata7046
@ashenafikitata7046 2 жыл бұрын
Amezing history wow I can't stop Crying
@mehamedabdu8032
@mehamedabdu8032 2 жыл бұрын
Waqaayyoo.umurii.dheraa.jiraadhaa.matti.ebiifamoo.nanaa😭😭🙏💚💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤.gannaa jirattuu..matti..ebifamii.kanaa🙏🙏🙏❤💚❤
@mariamahmed9924
@mariamahmed9924 2 жыл бұрын
Ameeen ameeen ameeen ameen ameen ameen ameen ameen uuffffff ebifama baraf jirenyi keessan haa ebifamu umirii keessan haadheratu ameeen ❤❤❤❤❤😭😭
@BornLiveDie4Christ
@BornLiveDie4Christ Жыл бұрын
All the glory to the Lamb of God. Praise the Living Jesus.
@farfatuseenamucaaambosanyi566
@farfatuseenamucaaambosanyi566 2 жыл бұрын
Uuuuuuffffeeee 😭💔maqani gofta kenya ya ebifamuu isa hala hunda kesati nama gargaruu 🤲🤲Ebifama mati naga goftani sin ya ebisuu Amen Amen Amen Amen Amen🤲🤲💒📖📖
@endale2533
@endale2533 Жыл бұрын
Wow may God bless you prophet and all family
@asteryoutube8591
@asteryoutube8591 2 жыл бұрын
wowowowowow waqayo Aban sin hahebisuu ebafa ta.aa❤🙏🙏🙏
@dasitakoot5426
@dasitakoot5426 2 жыл бұрын
Uuuuuuufffffeeee waqaayyoo in seenaa namaa jijiruu yaa ulfatuuu😢😢💝💝
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen uuuuffffeeee maqaan yesuus haa ebbifamuu!!!! Ebbifama maqaa yesuusitin maatii waaqayyoo ebbisee ebbifama!!!!!!🙏🙏🙏📚📚📚📖📖📖👏👏👏👏👏🥰🥰🥰❤❤❤😭😭😭😭😭😭😭
@user-vh8hn8il2w
@user-vh8hn8il2w 2 жыл бұрын
ተባርኪ እማሀ አሜን
@bontulove
@bontulove 2 жыл бұрын
Uuuufffff naa bo'ee dhugaa waaqayooo otto namin natii hasawuu wanii isani jedhani dhaguu dadabee akka nama guranii hin dhagenee olii jedhanii iyyanii malii tatee jedhani nani rifadhee omaa jedhee
@Tarikee-nb2vd
@Tarikee-nb2vd 5 ай бұрын
Uuuuf waqayyo inni dadhabbi namasa hin ganne ha ebbifamuuu baga gammaddqn hundumti kessan gammadama jiradha hundumti kessaniii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ilove mamii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mijuu Fidnee Dhufne  Haadholii Booranaarraa Dhufan | @araratvworldwide
22:16
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 8 М.
JABAA || Tamagn Muluneh || Faarfannaa Afaan Oromo || Protestant Mezmur 2024
11:47
Tamagn Muluneh Official
Рет қаралды 369 М.
Secret Experiment Toothpaste Pt.4 😱 #shorts
00:35
Mr DegrEE
Рет қаралды 38 МЛН
لقد سرقت حلوى القطن بشكل خفي لأصنع مصاصة🤫😎
00:33
Cool Tool SHORTS Arabic
Рет қаралды 28 МЛН
Red❤️+Green💚=
00:38
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 90 МЛН
SIRNA GEGGESSAA PASTOR LOLAA MARGOOF ERGAMAA GEETAHUN IMMIRUU  TAASISAN
27:02
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 16 М.
Dhuga-baatii ajaayibaa: Faarfattuu Seenaa Caalaa
17:19
Maannaa tube
Рет қаралды 32 М.
ዮአዳን (ክፍል 19)
31:38
ለዛ
Рет қаралды 246 М.
Raajii Masaratiif | Daa'ima namni hundinuu Ajaa'ibsiifate | @araratvworldwide
13:52
Secret Experiment Toothpaste Pt.4 😱 #shorts
00:35
Mr DegrEE
Рет қаралды 38 МЛН