ANI WALDAADHAA HIN BAANE! FAAR. BAACAA BAYYANAA /WALTAJJII MO'AA

  Рет қаралды 33,583

MO'AA TV

MO'AA TV

Күн бұрын

Пікірлер: 144
@ZeedtuMamo-wo1rn
@ZeedtuMamo-wo1rn 10 ай бұрын
በጣም ነው የምወድህ ፓስተር ባጫ በተለይ ደረባ ጳ ቢይ ለፋ የሚለው በናትህ ዘምርልኝ ከዱባይ
@bontuumotummaa4850
@bontuumotummaa4850 4 жыл бұрын
Abbaaba Tamaasgen ,Baccaa Bayyana , Addisu Wayiima , Rooba , Kabba fodoo , Befiquu ,Maggaarsa ,...... ijjolumakooti farfaana kessanin afaanin hikaadhe Muccoli farfaadhen achuuman barrumsa Tajjaajila barradhen kowaarii farfaachan ture .waqayyoo issiin ha ebbisu ijjoole goftaakoo 🙏😍
@sifanrgasa6161
@sifanrgasa6161 4 жыл бұрын
ዋዉ ዋዉ የምወደው ሰዉ ፓሰትርዬ በአንተ መዝሙር ተባረረካለሁ ጌታ ይባርክህ 😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤
@ahamddahboul6102
@ahamddahboul6102 4 жыл бұрын
Maaloo Nuuf hojedha kaa far baacaa
@amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696
@amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696 4 жыл бұрын
Faarfatta bacaa heddu jaaladha anif matin kiyyaa osoo gooftaa hin fudhane dhagefacha turee sana booda osooma isaa dhagefaanu nulee gooftaa fudhane Eebbifaama faarfattan hundi keessaanu Eebbifaama ❤️👈🏻
@FatimaFatima-v4n
@FatimaFatima-v4n 26 күн бұрын
lakof
@mominahassen7580
@mominahassen7580 4 жыл бұрын
Aniif ati fooniin fira hin ta'iin hin oollu F.baacaa keenya waan hundaafuu abbaan keenya tokko dhaa goofttaan sihaa eebbisuu isinis ulffaadhaa mo'aa tv.
@alemayehuwakjira7337
@alemayehuwakjira7337 4 жыл бұрын
Waldaa bu'uressu eshe jettani lle anoo gaafii guddan qaba. Jaalaliif obsi jiraannan hundumaaf waldaan bala'aadha, walhubachiisuudha malee. Special and extraordinary vision yoojiraate ifa gochuudha. Kanaan achi furmaata miti. Hundumaafuu waangeelatti jabaadhu. Ejjenno ke esa hojechaa tajaajilani fi isa namarraa qarshii hinkadhu jette baayeen jaaladhe. Gooftaan sigargaara jabaadhu. Hundumtuu akka isati tole waldaa matamataan ijaaruun kun namoota biyya lafaatti lle gaafii ta'uun, namootatti gufuu ta'aa waan jiruufi.
@Taredan77
@Taredan77 2 жыл бұрын
ፓስተር ጌታ እየሱስ ይባርክህ በተለይ በዝማሬዎችህ የተለዩ ናቸው Power full ናቸው 🙏🙏❣️
@martbirqtube2501
@martbirqtube2501 4 жыл бұрын
Waaqayyoo Goftaan siin haa ebbiisu Ebbiifamaa Anii Farfaanaa keessaan dhageefaadhen Goftaa Argee uuuufffeeee Hirdaabe barii bo'ichaa hin darbee barii takkiina dukkaanan ifattii ba'e yesusinaan Nama ta'e.
@temet01
@temet01 Жыл бұрын
Waaqayyoo isin haa eebbisu bara keessaniis inni hunda danda'uu isiniif haa dheereesu. Faarfannaa keessan yeroon dhaggeefadhu onee koo na tuqa!! Galatooma🙏🙏🙏
@tadegetamulise9698
@tadegetamulise9698 4 жыл бұрын
Ebbifamaa hamaayuu Ayyaanii dachaa isiinf haa baayatuuuuu nama Waaqayyoo 👏🏼👏🏼
@yesusgetanewmarantajesus7331
@yesusgetanewmarantajesus7331 2 жыл бұрын
Baacaaa uuuuuuffffffffff malooo waqqayyoo hamaa kee naan Dhagesissinniii garuu 😭❤📖bayyeeen sii jaladhaa dhugaa
@margeeyesuusif6832
@margeeyesuusif6832 4 жыл бұрын
Uufffeey Maaloo akkattin sijaalladhu Baacaa❤❤❤❤❤❤NUUF JIRAADHU UMURII DHEERA NUUF JIRAADHA 💚💚💚💚💚💚😥
@dammeeindasha9366
@dammeeindasha9366 4 жыл бұрын
Wowowo namoota waaqayyoo dhugaa farsaa keesaan sinnis bayyeen jalaadhaa waaqayyoo guddaa sin haa ebbisuu
@burtukanburtukan9925
@burtukanburtukan9925 3 жыл бұрын
Waqayoo baraa fii jirenyaa keessaan haa Ebisuu
@wallaggaatubetube7652
@wallaggaatubetube7652 4 жыл бұрын
Wooooo wooo woooowooo wooow dhugaadha baayyeen jaalladha faarfanna isaa baratu amaate jedhu waliigaluun dhibnaani baramaaliitu ammaate namatu waldadhabe .... Darabaadha biyyilafa darabaadha Uuuuuuuuuffffffff ayyaani goofticha siiniif haabaay.atu G&B
@malkaaabbaayaadaa3889
@malkaaabbaayaadaa3889 4 жыл бұрын
Faarfataa Baacaa Bayyanaa:Dhugaadha akkan itti jaalladhu Waaqayyotu beeka,Faarfannaasaatiinis baayyeen eebbifame,Faarfannaan tokko tokko yeroo irra deebianii dhaggeeffatan nama cufa, kan Baacaa garuu na cufuu hin dandeenye amma ammaatti..Ammayyuu Faarfannaa biraan sirraa eegaa jira!, Waaqayyo itti fufee si haaeebbisu Pastor Baacaa
@AbbeeTaariku
@AbbeeTaariku 4 жыл бұрын
Eebbifamaa pastor👏👏 faarfannan bara amma kun Osoo sirra'ee dhaloota boru bareedadhaa
@biqiiltukakuuintalayesusus3264
@biqiiltukakuuintalayesusus3264 4 жыл бұрын
Paster bacaa akka isin pasteri tatani ani refaan dhaga.a garu waaqayyoo baga isin gargare🙏🙏 bayyeen isin jaalladhaa nuf jiradha waagga kuma🙏🙏💟💟💟💟💟💟💟💟💟📚📚📚🎤🎤🎤🎤🎧🎧🎸🎸🎸🎺🎻🥁📖📖🎵
@bareduuamboo1522
@bareduuamboo1522 Жыл бұрын
Ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen
@ababachfayera826
@ababachfayera826 4 жыл бұрын
Woowowowowowo, paster baacaa gooftaan koo bara keessan tajaajila keesan haa eebbisu eebbifamaa tiv mo'aa baay'ee galatoomaa.
@humnikoogooftaayesuuskiris5077
@humnikoogooftaayesuuskiris5077 4 жыл бұрын
Ijoollumma kooti jalqabee farfanna keessan dhageefachan guddadhe abbaa koo baay'ee isin jaaladha qomoo koo😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@dhalootaifaamedia
@dhalootaifaamedia 4 жыл бұрын
Eebiifami Baacaa. Yeroo baayee bareedaa ta'e qabaannee turre woggoota muraasa dura asi Minnesota keessatti. Fuulanas si argina jennee abdii guddaa qabana.
@humnikoogooftaayesuuskiris5077
@humnikoogooftaayesuuskiris5077 4 жыл бұрын
Wowowowowow bagaa farfata baacaa nuuf fidan maatiin mo'aa tv Ebbifama!!!!!📖❤❤❤😍😍😍💒
@WABITUBEno
@WABITUBEno Жыл бұрын
Uuuuiiifff Namaa waqayoo jalamtama kabajamaa farafana keessan dhageftan guddadhee nuf jiradhaa ummuri dheraa🥰🥰🥰🙏🙏🙏
@abitayechannel4456
@abitayechannel4456 4 жыл бұрын
I learn many lesson from you pastor blessed!
@burteemucaawaaqayyoo8945
@burteemucaawaaqayyoo8945 4 жыл бұрын
Waaqayyoo isin haa eebbisuu galoo hojii garii hojeeta jirtaa jabaadhu
@garamenewcell6671
@garamenewcell6671 4 жыл бұрын
Ebbifamaa maloo farfanaa keessaan maliif giduuti dhistaan farfanaan keessaan ani dhageefadhe hin quufu yeroo hundaa
@netsanettesfaye7544
@netsanettesfaye7544 4 жыл бұрын
Dhugaa dubbachuuf Baacaa fi Addisuu kan naaf gitu hin jiru hamma har'aatti dhaggeefataan jira. Waaqayyo daddabalee isaan haa eebbisu. Maaloo faarfannaa durii hin gadhiifamin jiru jettan sana nu dhageessisaa. Galatoomaa.
@birhanejimma1826
@birhanejimma1826 4 жыл бұрын
Wow wow ijarra hafii paster far dhuga dhaa ati
@welega2624
@welega2624 4 жыл бұрын
Uuff kan gara amantaa pheenxeti na fidee Far,Addisuu ,bacaa eebbifamaa maloo itti boqqoodhe
@saraatube
@saraatube 3 жыл бұрын
Farfanna kabajamo obbo baaca daummaa kootii jalqabee dhageefachaan gudadhe isaan garuu ammayyuu dargagoodhatii😍😍ija koorra hafa ebifamaa🤝🤝🤝
@humnikoogooftaayesuuskiris5077
@humnikoogooftaayesuuskiris5077 4 жыл бұрын
Uuuuuffffffeeee ameeen dhuguma isin guddifate yesuus!!!!!
@denbelikeno4673
@denbelikeno4673 4 жыл бұрын
Paster Faarfataa Baacaa waaqayyo si haa ebbisu barri jireenya kee ammayyu dabalee dadabalee haa eebbifamu
@ababachfayera826
@ababachfayera826 4 жыл бұрын
Anilleen Faarsa keessan isa dachaa misir keessa kan na baase humni kee gargaare kan jedhu. Gara gooftaa dhufe.
@shooreytayee4065
@shooreytayee4065 4 жыл бұрын
Wow pastor bacaa eebbifamaaaaaaa
@nimonaoroo4945
@nimonaoroo4945 3 жыл бұрын
GOD Bless you man of GOD
@ooyiruumedia4133
@ooyiruumedia4133 4 жыл бұрын
Akka bocaan Amantii musilimaa iraa dhufu isaa hin beeknu ture hangaa haarati.
@beektu8871
@beektu8871 3 жыл бұрын
Wowow Eebbifamaa
@abitayechannel4456
@abitayechannel4456 4 жыл бұрын
Blessed we respect you both!
@ofiinbontuhintalashawaa1238
@ofiinbontuhintalashawaa1238 4 жыл бұрын
Uuuuuuuuffffffeeeee Umuri dheera nu jiraadha 😍😍😍😍😍
@kellemwkake
@kellemwkake 3 жыл бұрын
Uuufff ammayyuu ebbifama farfannaa kessaan dhagefatame kan qufamu miti Bacaa fi Adisun
@leparadisdesjeuxtheparadis8402
@leparadisdesjeuxtheparadis8402 4 жыл бұрын
nuto biyaa lafafi erga guda qabna sanyif qomo otu adda basin wangela lalabna farfana kesan kami dhagefadhe qufa kesa kotu boqonadha guta yon dhagefadhu nufi jiradha farfata kenya baye sin jaladha ebifam wari tv,mo,a nama waqayo jalanu nufi dhiyesu kesanif
@tsedalechbusha9097
@tsedalechbusha9097 4 жыл бұрын
Wawow waqayoooo isiinaa ebisuuu dhugaaaa ebifamaaa
@asteradugna4211
@asteradugna4211 2 жыл бұрын
Ameeeenn Ameeeenn ebifamaa dacha🥰❤❤❤❤🙏
@humnikoogooftaayesuuskiris5077
@humnikoogooftaayesuuskiris5077 4 жыл бұрын
Nuuf jiraadha umurii dheera ammas!!!!!❤❤❤😍😍😍
@ebiseabara7348
@ebiseabara7348 4 жыл бұрын
Ebbifama paste baacaa baayyee siin jallanna jabaadha!
@goodnews8612
@goodnews8612 4 жыл бұрын
Waaqayyoo isiin yaa ebbisuu farfatan bayyee jalaadhudha baacaan .ebbiffamaa
@abrahamkassa3837
@abrahamkassa3837 4 жыл бұрын
Bay'een Sijaladhaa! Yanama Waqayoo Karraa Lappenkee Yaaden hunduuman Waqayyoo Siwalin hadhabatu!
@shalomtube9985
@shalomtube9985 2 жыл бұрын
Farfaataa Baacaa Waaqayyo Guddisee si haa eebbisu. Faarfannaa keetiin baayyee eebbifamneerra
@ganeetganeet1883
@ganeetganeet1883 4 жыл бұрын
Uuufff farfataa bacaa Umrii dheradhuu❤tv mo,a galatooma
@humnikoogooftaayesuuskiris5077
@humnikoogooftaayesuuskiris5077 4 жыл бұрын
Uuuuufffffeeee dhugaadha hojiin waaqayyoo dinqiidha!!!📖🙏🙏🙏🙏
@oromiyaaqaccee1399
@oromiyaaqaccee1399 4 жыл бұрын
Bacha Bless you
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa 4 жыл бұрын
Uuuufffeee Ameen ebifaamaa ijoolee gofta 💔💔❣❣❣❣📖📖📖📖📖📖👈
@dastaagonfaa4573
@dastaagonfaa4573 3 жыл бұрын
AmeeeeeenAmeeeeeeenAmeeeeeeeeen gofata sin ebbisuuu💞💞💞💞✅✅✅
@Eyerusalem-p9q
@Eyerusalem-p9q 8 ай бұрын
please i need your interview in amharich i love your songs more than i.can say ouy are unique
@shibbiruuhirphasaa8876
@shibbiruuhirphasaa8876 3 жыл бұрын
Faarfataa baacaa bayyanaa faarsaankee baayee kan gooftatti namacimsuufi kan irraa hindarbinedha .faarsaakeetiin baayee keessikoo qabbanaa. abbaankennaa kunimmoo waaqayyodha ijaa tajaajilakeetii waaqayyo haa eebbifamu
@ababachfayera826
@ababachfayera826 4 жыл бұрын
Aniyyu walda isaanii keessan ture buraayyu daandii kattaa.
@moloum7408
@moloum7408 4 жыл бұрын
💚💚💚💓💓💓❤❤❤💙💙💙💙💛💛💛💛
@alemayehuwakjira7337
@alemayehuwakjira7337 4 жыл бұрын
Eebbifami
@tesfayegebisa2971
@tesfayegebisa2971 2 жыл бұрын
Ammmeen
@bareduuamboo1522
@bareduuamboo1522 Жыл бұрын
Ebbifamaa❤️❤️❤️❤️
@mhratmhrat2201
@mhratmhrat2201 2 жыл бұрын
Wooooowwwwwww
@chaltubirhanu188
@chaltubirhanu188 4 жыл бұрын
AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN ani fafanfan kesaa bayye jalala dhugaa gofta koo ebifamii
@dadidegu
@dadidegu 9 ай бұрын
Baca you are bleesed ❤❤❤❤❤❤❤
@gaachankooeyesuus5235
@gaachankooeyesuus5235 4 жыл бұрын
Waqaayoo dachaan isinna eebbisuu akkatti siijalaadhuu paastaar bacaa eebbiffamii
@حمدانالعزيزي-ز1ح
@حمدانالعزيزي-ز1ح 4 жыл бұрын
Uuuuuffffeeeeee uuuuuffffeeeeee baay'ee isiin jalanaa nuuf jiradha umurii dheraa 1000000000%💓💓💓❤️❤️❤️📖📖📖🎁🎁🎁🌻🌻🌻💝💝💘💘💘😍😍😍
@humnikoogooftaayesuuskiris5077
@humnikoogooftaayesuuskiris5077 4 жыл бұрын
Bagaa waaqayyoo isin jaalate!!!!! Bagaa gooftaadhan yaadatamtan!!!!!!!📖📖📖💒💒💒💒
@hirqheetasafayeetasafayee4181
@hirqheetasafayeetasafayee4181 3 жыл бұрын
Waqayoo sinii aebisuu Ebifamaa maqaa iyesusinii 💝💝
@girmayadeta4529
@girmayadeta4529 Жыл бұрын
Faarfannaa baacaatiin humna horadhee hojii hafuuraaf ka'eera.Baaca waaqayyo isin haa eebbisu.
@derebaishetu9746
@derebaishetu9746 4 жыл бұрын
Ebbifama paster . Baacaa farfanaa keesssan bayye itti ebbifama osoo gofta hin fudhatin farfanna keessan bayye dhagafacha ture galtaa farfataa addisus akka nuuf dhihestu abdin sii eganaa ebbifami
@biyyajiruu3672
@biyyajiruu3672 2 жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️ Nama Waaqa Baacaa B
@melkamutilahun-uk7kz
@melkamutilahun-uk7kz Жыл бұрын
baca baye sinjallana 🎉🎉
@kiyakebedemagersamagersa6827
@kiyakebedemagersamagersa6827 4 жыл бұрын
Ebbifama hundi keessanu ayaani wqyo Dibaani wqyo kanumaa oliti sinifaa Baay,atu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@pacopaco9537
@pacopaco9537 4 жыл бұрын
Farsaa baacaa baayeen jaaladha, baayeen itti Eebbifamee waaqayyoo Bara jireenyaa keessan haa Eebbisuu, inni waamicha qulqulluu kanatt sii waamtee maqaan waaqayyoo haa Eebbifamuu
@jiraawaaqayyoontube7137
@jiraawaaqayyoontube7137 4 жыл бұрын
Uuuuuuuuuffffffffffeeeeeeeeeee baayyeen isiin jaaladhaa dhugaa farfannaa keessaan ijjoollumaa kotti kaasee hangaa har'attiyyuu hin qufuu baayyee keesaaa koo booqochisaa uuuuuuffffeeeeee Waaqayyoon baraaf jireenya keessaan taajajilaaf taajajilamuu keessaan isiniif haa eebbisuu eebbifamaaaaaaaaa maqaa IYESUUSIIN ayyaanni kun irraa irraatti isiniif haa daaddabalamuu jaalalaa guddaan siif qaba 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@kalityportandterminal4130
@kalityportandterminal4130 4 жыл бұрын
WWWWWW... Baacaakoo... Uffeeeeeee... waanuman jedhu hin qabu.
@asterdabidollowallaggaa3088
@asterdabidollowallaggaa3088 4 жыл бұрын
Uffee ati dhuguma nama waaqayyo dibeedha poster baca nuuf jiraadhu
@birhanejimma1826
@birhanejimma1826 4 жыл бұрын
god bless you anddebl portion again later bless u +++
@eliyasrebumaofficialchanne5985
@eliyasrebumaofficialchanne5985 4 жыл бұрын
Galo my leader you are doing great👍.
@ababachfayera826
@ababachfayera826 4 жыл бұрын
Akkasumatti faarfattota durii nuuf dhiyeessa adaraa tiv mo'aa
@mosisamatiig195
@mosisamatiig195 4 жыл бұрын
ufeeee baacaa koo baga jirraatee ammas jiraadhuu
@hidertaleb9750
@hidertaleb9750 Жыл бұрын
AMeeeeeen Ameeeeeeen 🙏🙏🙏🙏🙏📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖💯🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌⛪⛪⛪⛪⛪💯🏃
@bontuumotummaa4850
@bontuumotummaa4850 4 жыл бұрын
Qophii itti anuuti Abbaaba Tamasgeen nuf dhiyeesa Mo'aa TV
@dadidegu
@dadidegu 9 ай бұрын
Thank you so much!!
@adanishadanish4399
@adanishadanish4399 3 жыл бұрын
dhugaa waqaayo si haa ebisu
@iyasusabdinkoyarabii8719
@iyasusabdinkoyarabii8719 4 жыл бұрын
Baciye ebifama dachan dachan Marti kesanu isn ha ebisu waqayo
@meseratjaleta6940
@meseratjaleta6940 4 жыл бұрын
Waqaayyoo siin haa ebbiisuu gudaassaa
@hsjdjdkrkdke1507
@hsjdjdkrkdke1507 4 жыл бұрын
Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen 🙏🙏👏👏🙌🙌🙌❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@kookeettitsegayee4058
@kookeettitsegayee4058 4 жыл бұрын
Ani osoon goofta hin beekinin faarfanna baacaa kana dhageeffacha ture
@elshadaiionline7276
@elshadaiionline7276 4 жыл бұрын
Wwwww far bacaa bayyee sin jalanaa uufffeee nuf jiraadhaa
@ebbiseegooftaan6933
@ebbiseegooftaan6933 4 жыл бұрын
I love you Baca Beyene!
@ritatube3486
@ritatube3486 3 жыл бұрын
Baccaa waqayyo sii ha ebissu bayyee sii jalladhaa
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 4 жыл бұрын
Wowow farfata baca bayene bayee sijalana🙏
@mozaratherpa4572
@mozaratherpa4572 Жыл бұрын
Ameeeeeeen ameeeeeeee❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🥁🥁🎷🎷🎺🎺👏👏👏
@MisganuTesfaye-e6j
@MisganuTesfaye-e6j 3 ай бұрын
Dhugaa nama dhibbaa nu guddisee abbaafi haadha nufi tahe
@alfaafoomeegaa8077
@alfaafoomeegaa8077 4 жыл бұрын
Farfana isa kani bayyee naa boqachisee bollaa qile keessa nama baftaa uuuuffffffyyyyeeee ebbifamiii
@wabiikooyesustadalaa8393
@wabiikooyesustadalaa8393 3 жыл бұрын
Nufi ebiifamaa Farfaataa bacaa bayye jalaanna farfaanna kessaan
@imanekumaleephisamucaakaku5780
@imanekumaleephisamucaakaku5780 4 жыл бұрын
ishooo Eebbifama dacha👏👏👏
@kksa5625
@kksa5625 4 жыл бұрын
Ebbifama
@kksa5625
@kksa5625 4 жыл бұрын
Ebbimaa nama waqayyoo🤲🤲
@DiribeJesus
@DiribeJesus 7 ай бұрын
Waw
@alfaafoomeegaa8077
@alfaafoomeegaa8077 4 жыл бұрын
Wow bacaa bayyeen jalalaa
@romanfekede2562
@romanfekede2562 4 жыл бұрын
Ebbifimaa
兔子姐姐最终逃走了吗?#小丑#兔子警官#家庭
00:58
小蚂蚁和小宇宙
Рет қаралды 9 МЛН
1 сквиш тебе или 2 другому? 😌 #шортс #виола
00:36
Ouch.. 🤕⚽️
00:25
Celine Dept
Рет қаралды 21 МЛН
Fake watermelon by Secret Vlog
00:16
Secret Vlog
Рет қаралды 27 МЛН
interview with Singer Addisu Wayima
57:50
TV Humna Wangeelaa
Рет қаралды 71 М.
faarfataa baacaa bayyanaa
8:35
Desalegn Tefera
Рет қаралды 394 М.
Yeroo Jaalalaa
22:27
Nooruu Tube
Рет қаралды 22 М.
Yooyyaa-  "Guyyaa dhalootaa sadiin qaba" - Obbo Leencoo Lataa
21:09
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 3,7 М.
NAGEE SHOW | FAARF. ADDISUU WAAYIMAA WAJJIN | MO'AA TV
30:30
MO'AA TV
Рет қаралды 15 М.
OROMIA11: Walhaabarruu- Pastor/faarfataa Baacaa Bayyanaa
1:10:06
兔子姐姐最终逃走了吗?#小丑#兔子警官#家庭
00:58
小蚂蚁和小宇宙
Рет қаралды 9 МЛН