Inni baayyeen Dhiifameef Jaalala Baayyee Agarsiisa || Barsiisa Wangeelaa Raajii Masarat Taayyee

  Рет қаралды 26,832

ARARA TV WORLD WIDE

ARARA TV WORLD WIDE

Күн бұрын

Пікірлер: 213
@araratvworldwide
@araratvworldwide 2 жыл бұрын
Inni baayyeen Dhiifameef Jaalala baayyee Agarsiisa 📖 Luq. 7¯¯¯¯¯³⁶ Fariisota keessaa tokko nyaataaf isa waamnaan, Yesus mana Fariisichaatti galee maaddiitti dhi'aate. ³⁷ Mandara sanas dubartiin cubbamtuun tokko turte; Yesus mana Fariisichaa maaddiitti dhi'aatee akka jiru yommuu dhageesse, urgooftuu dibataa shurrubbeetti fudhattee dhufte. ³⁸ Achumaanis boo'aa gara miilla isaa jalaa dhaabattee, imimmaan isheetiin miilla isaa jiisaa, rifeensa mataa isheetiinis haxaa'uu jalqabde; kana booddees miilla isaa in dhungatti, urgooftuus in dibdi turte. ³⁹ Fariisichi isa waame sun kana yommuu arge, "Namni kun dhugumaan raajii utuu ta'ee, isheen miilla isaa qaqqabdu kun dubartii attamii akka taate in beeka ture; isheenoo cubbamtuu dha" jedhee garaa isaatti yaade. ⁴⁰ Yesus immoo deebiseefii, "Yaa Simoon waanan sitti himu qaba" jennaan, inni immoo, "Maal inni? Yaa barsiisaa" jedhe. ⁴¹ "Namni tokko jara lama irraa horii qaba ture, isa duraa irra birrii dhibba shan, isa lammaffaa irra immoo birrii shantamatu ture. ⁴² Isaan lachuu waan baasaniif dhabnaan akkasumatti dhiiseef; jara lamaan sana keessaa kamtu abbaa horii kana caalaa jaallata?" jedhe. ⁴³ Simoon yommus deebiseefii, "Namicha isa birriin dhibbi shan dhiifameeftu caalaa jaallata anatti fakkaata" jedhe. Yesus immoo, "Dhugaa dubbatte"; ⁴⁴ gara dubartittiitti argisiisee immoo Simooniin, "Dubartii kana argitaa? Ani mana keen dhufe bishaan miillaa illee anaaf hin fichisiifne; isheen garuu, imimmaan isheetiin miilla koo jiiftee, rifeensa mataa isheetiinis haxoofte. ⁴⁵ Ati yommuu na simatte ana hin dhunganne, isheen garuu, erga asitti na argite jalqabdee, miilla koo dhungachuu hin dhaabne. ⁴⁶ Ati mataa koo homaa hin dibne, isheen garuu, urgooftuu gati-jabeessa miilla koo dibde. ⁴⁷ Kanaafis sittan hima, jaalalli ishee inni guddaan kun, cubbuun ishee inni baay'een akka dhiifameef mul'isa; xinnoon kan dhiifamuuf garuu, jaalala xinnoo argisiisa" jedhe. 🎚 Namni nama jaallatu, kan araara argatedha yookaan cubbuunsaa kan dhiifameefiidha. 🎚 Namni dhiifama cubbuu hinarganne; garaa jaalalaa hinqabu. 🎚 Akka seera Museetti dubartii kanatti du’atu itti faradama ture. Garuu jaalala guddaan isheen agarsiifte kun baay’ina cubbuushee dhokse. 🎚 Lafa jaalalli jirutti cubbuun humna hinqabu. Baay’inni jaalala humna cubbuu dhoksa. 📖 1Phe. 4:8 “Baay'inni cubbuu akka deebi'ee hin argamne kan godhu jaalala waan ta'eef, hundumaa dura immoo jaalala ho'aa waliif qabaadhaa!” 🎚 Lafa jaalalli hinjirretti waan xinnootu olka’ee mul’ata. Wal baachuun hinjiru, wal dhoksuun hinjiru; wal saaxiluufi dabarsanii wal kennuutu baay’ata. 📖 1Qor. 13¯¯¯¯⁴ Jaalalli danda'aa dha, gaarummaas in argisiisa; jaalalli hin hinaafu, of hin jaju, of hin bokoksu! ⁵ jaalalli, lafa salphinaa hin ijaajju, waan isatti tolu duwwaas hin barbaadu, hin dallanu, waan hamaas nama irratti hin lakkaa'u. ⁶ Jaalalli qajeelina dhugaatti gammada malee, jal'inatti hin gammadu. ⁷ Jaalalli karaa tokko illee nama hin lafafu, hunduma isaa in amana, hunduma isaa abdata, hunduma isaas obsa. 🎚 Namni jaalala qabu addunyaa Waaqayyoo keessa jiraata. 🎚 Addunyaan Waaqayyoo addunyaa jaalalaati. Namni jaalala qabu abboommii kitaaba qulqulluu hundumasaa eeguusaati. 🎚 Jaalalaan alatti namni fiixaan ba’umsa hinqabu. Jaalalli waan hundumaaf mataadha. 🎚 Jaalalaan alatti kiristiyaanummaan du’aadha. 📖 Rom. 13¯¯¯¯⁸ Wal jaallachuu irraa kan hafe gatii wal dubbifattan hin qabaatinaa! Namni nama jaallatu waan seerri isa irraa barbaadu raawwachuu isaa ti. ⁹ Abboommonni, "Hin ejjin, hin ajjeesin, hin hatin, waan namaa hin hawwin" jedhan, warri kaanis hundinuu dubbii tokkicha isa, "Nama akka ofii keetiitti jaalladhu!" jedhuun in xumuramu. ¹⁰ Namni nama erga jaallatee, waan hamaa isa irratti hin hojjetu; kanaafis nama jaallachuun seera raawwachuu dha. 🎚 Fooliin yookaan dhandhamni kiristiyaanummaa jaalaladha. 🎚 Lafaa jaalalli hinjirretti kiristiyaanummaan foolii yookaan dhandhama hinqabu. 🎚 Namni jaalala qabu Waaqayyo keessa jiraata Gooftaanis isa keessa jiraata. 📖 1Yoh. 4:16 “Nuyis jaalala Waaqayyo nuuf qabu hubanneerra amanneerras. Waaqayyo jaalala; namni jaalalatti qabamee jiraatus Waaqayyo keessa in jiraata, Waaqayyos isa, keessa in jiraata.” 🎚 Jaalalli neetwoorkii (mantagoo) yookaan diishii Hafuuraati. 🎚 Wantoota satelaayitiirraa qilleensa keessatti tamsa’an; diishiin mana keenyarra jiru harkisee fida. 🎚 Akkasuma jaalallii, addunyaa Hafuuraarraa eebba Hafuuraa harkisee gara keenya fida. 🎚 Namoonni garaa jaalala qaban buufata Hafuuraati. 🎚 Jireenya Kiristiyaanummaa keessatti wantoonni sadii murteessaadha. 1. Jaalala 2. Dhiifama 3. Amantii 🎚 Wantoonni kun sadan jireenya nam-tokkoo keessatti iddoo qabaannaan; namni kun yoomiyyuu nama bu’aa buusu (jabaatee dhaabatu) ta’a. 🎚 Yesuus fannoorratti kan inni agarsiise kanuma. Innis: dhiifamaafi jaalala 🎚 Yesuus du’aafi jireenya gidduu utuu jiruu "Yaa abbaa, waan godhan hin beekani'o isaaniif dhiisi!" jedhe isaaniif kadhate. Kana kan godhemmoo jaalaladha. 📖 Luq. 23:34 “Yesus garuu, "Yaa abbaa, waan godhan hin beekani'o isaaniif dhiisi!" jedhe; warri isa fannisan immoo uffata isaa buufata mukaatiin hirmaatan.” 🖋 Amantiin motora kiristiyaanaati. 🖋 Jaalalli neetwoorkii (mantagoo) Hafuuraati. 🖋 Dhiifamnimmoo karaa fayyinaati. 🎚 Wantoonni kun sadan kiristiyaanaaf murtessoodha!
@asmazhour9105
@asmazhour9105 2 жыл бұрын
waqqayyo wanikenya Sinha ebbisuu
@AbbeeTaariku
@AbbeeTaariku 2 жыл бұрын
🙏🙏❤❤❤💯💯💯❤❤❤😇😇
@abdiolana630
@abdiolana630 2 жыл бұрын
Eebbifamaa!
@biyyakeenyayaddugooftaadar5161
@biyyakeenyayaddugooftaadar5161 2 жыл бұрын
Amen amen amen amen📖📖📖❤❤
@biyyakeenyayaddugooftaadar5161
@biyyakeenyayaddugooftaadar5161 2 жыл бұрын
Amen amen nama goofta ebifama bari keessan haa ebifamu ebifama
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 2 жыл бұрын
Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen guyyan kuniii kootiiii Ammmeen Ammmeen Ammmeen ebbifama rajjii baran baran jiradhaa
@sorsekteich9077
@sorsekteich9077 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamaa nama waqayyoo
@emabit3582
@emabit3582 Жыл бұрын
Ameen Ameen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen ❤❤❤❤❤❤
@dammeeabdisaa3236
@dammeeabdisaa3236 Жыл бұрын
Ammen
@hirpashehirpashe8857
@hirpashehirpashe8857 2 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebbifamaa waaqayyoo gooftaa baraaf jireenyaa keessan kaayyoof karoora keessan tajaajilaa keessan haa ebbisuu ebbifamaa nama waaqayyoo ayyaanni jalaalli waaqayyoo daachaadhan isin haa baayyatu ebbifamaa✍ ❤💞💝🙏🙏🙏🙏🙏✍
@Hebron48
@Hebron48 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeen nama waaqayyoo ati eebba dhalootaati,Kenna a waaqayyo dachee keenyaaf kennedha,waaqayyo haa ulfaatu!!
@sabosable3737
@sabosable3737 2 жыл бұрын
Amen lapheen koo naa dhukkuba narra fudhama
@bontugedefa9536
@bontugedefa9536 Жыл бұрын
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen hallelujah ❤❤❤❤❤❤
@aboneshfirissa2675
@aboneshfirissa2675 2 жыл бұрын
Dhuguma inni baay,een dhiifameef jaalala baayee agarsiisa sababiinsaa immoo waaqayyotu cubbuu keenya isa baayee nuu dhiisnaan malee hra'a jirra turreeree? ameeen ,ameen ,ani dhokadheen waaqayyoon argachuun barbaadaa.Maaloo ammayyuu dhiifamatu nubarbaachisa .YESUUS HOJIINSAA NAMA FAYISUUDHA . DUBARTITTII HIMATAMTESANA INNI HINKOMANE ISHEEFAYISEEEEEEE. QORICHI CUBBUUYESUUS DUWWAADHAAAAAAAAAA.
@martagemeda3284
@martagemeda3284 2 жыл бұрын
Ammmneeni guyyaani hara'aa kaani koti🙏🙏🙏🙏🙏💓💓💓💓💓💓💓
@urjiiitalaabadiyya1947
@urjiiitalaabadiyya1947 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebifamaa ebifamaa ❤🙏🙏🙏
@ebisewalga5163
@ebisewalga5163 2 жыл бұрын
Waaqayyo isin haa eebbisu.
@bikltuchalte7771
@bikltuchalte7771 2 жыл бұрын
amen amen ebbiffamii abbaa koo🙏🙏🙏
@destainoro1112
@destainoro1112 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeeeeeeen
@fikirbetilehulum4663
@fikirbetilehulum4663 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa nama waaqayyoo dachan.
@kena_et
@kena_et 2 жыл бұрын
Amen amen
@abdiolana630
@abdiolana630 2 жыл бұрын
Jaalala Guddaa🧡
@asterdabala4407
@asterdabala4407 2 жыл бұрын
Eebbifamaa barii keessan haa Eebbifamuu 🙇‍♀️🤲🤲🤲☝️👏👏👏
@obsiifuurtuujireenyaati3719
@obsiifuurtuujireenyaati3719 2 жыл бұрын
Haleluyaa haleluyaa ammeeen ebbifamma dacha nama waqayyoo
@asmazhour9105
@asmazhour9105 2 жыл бұрын
waqqayyo xubuko naf dhiseera Ameeeeeeeeen waqqayyo sinhaebisu ammayyu nama waqqayyo
@ebamekonnen5545
@ebamekonnen5545 2 жыл бұрын
waaqayyoon keenya isiin yaa eebbisu
@birtukanteshoma3347
@birtukanteshoma3347 7 ай бұрын
Uuuuuufyi ameeeen waaqayyo waaqayyo uufadhu atti ameeeen ebbbifama maqaa yesusin ameeeen ❤❤❤❤❤
@AbbeeTaariku
@AbbeeTaariku 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen 🙏❤💖♥ Haalleeluyaa guyyawn kun kan koottii Isaan fuudhe dhufee fuudhe galluu Ameen Ameen ❤❤Ameen Ameen ❤🙏Ameen Ameen ❤🙏Ameen Ameen ❤Ameen Ameen ❤eebbifamaa
@mimibpower7111
@mimibpower7111 2 жыл бұрын
Waqayyoo Eebbifami Ameen Ameen Ameen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@tarikulamessa8772
@tarikulamessa8772 2 жыл бұрын
Namaa Waaqayyo nuuf jiraadhuu
@kareemhashem5391
@kareemhashem5391 Ай бұрын
Amen Amen Amen Eebbifamaa ijoollee kakuu 🤲🤲
@askalaaskala5255
@askalaaskala5255 2 жыл бұрын
Ameeeeeeen ebbifamaa barii jirenyaa keesan yaa ebbifamu nama waqayyoo
@adanechalemu7720
@adanechalemu7720 2 жыл бұрын
AMEN 🙏AMEN AMEN 🙏AMEN AMEN 🙏AMEN AMEN 🙏AMEN AMEN 🙏AMEN AMEN 🙏AMEN AMEN 🙏AMEN 🙏AMEN AMEN 🙏AMEN AMEN 🙏AMEN 🙏AMEN AMEN 🙏GOD BLESS YOU 🙏
@kena_et
@kena_et 2 жыл бұрын
Waaqayyo isiin haa ebbiisuu!!
@bethelemoromititti1517
@bethelemoromititti1517 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Eebbifamaa Raajii koo
@naniethiopia5447
@naniethiopia5447 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeeeeeeeeee Ameeeeeeeeeeeeeeeeeee Ameeeeeeeeeeeeeeeeeee naaf haata'u maaqa eysusen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@kebeeksanyiihaccee3563
@kebeeksanyiihaccee3563 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen ameen
@waqkjirageleta6651
@waqkjirageleta6651 2 жыл бұрын
Waaqayyoo innii hojii garii sikkessatti jalqabee fixaan ba'uumsa isiinif hakenuka nama waaqayyoo/////
@MyAccount-r9s
@MyAccount-r9s 8 күн бұрын
Amen amen amen
@لولوالكعبي-ظ7غ
@لولوالكعبي-ظ7غ 2 жыл бұрын
Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen ebifamaa namaa waqayoo 🙏🙏♥️♥️
@atsadelikesa7857
@atsadelikesa7857 2 жыл бұрын
Gooftaan inni dinqi hojaatuu haa eebifamuu
@دارين-ث7ح
@دارين-ث7ح 4 ай бұрын
Ammeen gooftaan isiin haa ebbisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Siifjira1000
@Siifjira1000 2 жыл бұрын
Ameeeeen na bira hin darbiini eebbifamaa saba gooftaa ❤
@kmlakumale2967
@kmlakumale2967 2 жыл бұрын
AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN uuuuffffeeee waqayyoo haa ulifaatuu ebbiffamaa ebbiffamaa
@uaenice4898
@uaenice4898 2 жыл бұрын
Amen.amen.amen
@electroshop6246
@electroshop6246 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen Amen
@masarettesuwara1451
@masarettesuwara1451 2 жыл бұрын
Ameen ameen Ameen ebbiifam dachaa 💕💕💕
@selamwengilnew6213
@selamwengilnew6213 2 жыл бұрын
አሜንንንንንንን አሜንንንንንንንን
@ayyyaantuubaayisaa6732
@ayyyaantuubaayisaa6732 17 күн бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen guyan kun kan keti dhiga olichatin ❤️ Ameeen Ameeen Ameeen ebifamaa
@nurtanurta704
@nurtanurta704 5 ай бұрын
Ameeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeen ebifama dachaa dacha maaqa yeesuusin ayaanisa dacha isinif ha dabaalamuu
@desalegnmegersa8655
@desalegnmegersa8655 2 жыл бұрын
God bless you!
@gimeream4045
@gimeream4045 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeen ameeeeeeeen ebifamaaa dachaa kumatamaa
@Yesuskaraadhadhugaadhas
@Yesuskaraadhadhugaadhas 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeenn 🤲🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa
@dinkadinka3151
@dinkadinka3151 2 жыл бұрын
Amen amen amen God blesse you man of God ♥️♥️🙏🙏
@ayonegeso2213
@ayonegeso2213 2 жыл бұрын
❤❤❤❤🙏🙏
@ayonegeso2213
@ayonegeso2213 2 жыл бұрын
❤❤❤❤🙏🙏🙏💯💯
@rabeklcall9592
@rabeklcall9592 2 жыл бұрын
Ameen🙏🙏🙏🙏🙏🙏thank you❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@besha8341
@besha8341 2 жыл бұрын
Amen amen ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen ebifama maqa yesusiinii 📖📖📖📖📖📖📖📖🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@adanechalemu7720
@adanechalemu7720 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen Amen Amen 🙏amen amen 🙏amen amen 🙏amen amen Amen 🙏amen amen 🙏amen amen Amen 🙏amen 🙏amen 🙏amen amen 🙏amen 🙏amen amen 🙏
@senadeblaw9770
@senadeblaw9770 2 жыл бұрын
Ameeeeeen ameeeeeen ebifama🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️
@yoowaqayyoojedhe........2477
@yoowaqayyoojedhe........2477 2 жыл бұрын
Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ebifamaa waqayoo isin haa Ebbiissuu namaa waqqaayyoo 😘😘😘😘😘😘😘😘😍😍😍😍🤱🤱🤱🤱🤱🤱🤱
@fanosedemekumu6312
@fanosedemekumu6312 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen
@adanechalemu7720
@adanechalemu7720 2 жыл бұрын
God is Good
@yesuusgargaaraakooyeroohun7641
@yesuusgargaaraakooyeroohun7641 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuufffeeeeee Yesuus koo hulfaadhuu Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ebifaama Ebifaama Ebifaama Ebifaama Ebifaama Ebifaama Ebifaama Ebifaama Saba kakuu 🙏🙏🙏📖📖📖🤲🤲🤲🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️💒🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♀️❤❤❤❤🥰🥰🥰😍😍
@abaaba1950
@abaaba1950 2 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Eebbifamaaa saba gofata Waqaayyoo Eebbifamaa uuuuuuuffff ffeee elelelele Elelelelelel 🙏🙏🙏🤲🤲💒❤️🙏💒❤️🙏📖🙏❤️❤️❤️❤️🙏🙏❤️❤️
@bisabeza9805
@bisabeza9805 2 жыл бұрын
AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN Jaallalatii namaa qabbame jirtaatu waaqaayoo nuu haa goodhu Eebbifamaa namaa waaqaayoo Rajji masaratii
@senaa2350
@senaa2350 2 жыл бұрын
*Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen uuuuuuuuuuufffeee Ebbifama Dachaan Dachaan Namaa Waqayoo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❣️❣️❣️❣️❣️💘💘💘💘📖📖📖📖📖📖📚📚📚📚📚📚🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼*
@girmamardesa4617
@girmamardesa4617 2 жыл бұрын
waaqayyoo guddaa isin ha eebbisu nama waaqayyoo barumsa guddaan irraa argadhee
@birhanudabesa437
@birhanudabesa437 2 жыл бұрын
Aneen.AmeenAmeen Ameen.Ameen.Ameen AmeenAmeen AmeenAmeen ♥️♥️🤲🤲🙏🙏🙏🙇🙇
@samuelgarada7777
@samuelgarada7777 2 жыл бұрын
God bless you much Grace!!!!!!!!
@MelkituShamaye
@MelkituShamaye 8 ай бұрын
Ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@bilisebilisumma2357
@bilisebilisumma2357 2 жыл бұрын
Ameeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Aneeeeeeen Ameeeeeeeen AmeeeeeeenAmeeeeeeeen AmeeeeeeenAmeeeeeèeeen AmeeeeeeeeeenAmeeeeeeenAmeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeen❤❤❤❤❤
@bonsatamiru2473
@bonsatamiru2473 3 ай бұрын
Amen Amen ❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@AyatAlm-lm2so
@AyatAlm-lm2so 5 ай бұрын
Ameeeen ❤❤❤❤Ameeeen ❤❤❤❤Ameeeen ❤❤❤❤Ameeeen ❤❤❤❤Ameeeen ❤❤❤❤Ameeeen ❤❤❤❤Ameeeen Ameeeen ebbifamii elelelelelelelele Ameeeen
@yesusjesus1694
@yesusjesus1694 2 жыл бұрын
AMEEEEN AMEEEEN eebbifama
@Warki-k5f
@Warki-k5f 2 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@Tayech-o5z
@Tayech-o5z 4 ай бұрын
Ameeeeeeeeeeeen ebbifamaa nama Waqayyoo
@boontuumaammoo8086
@boontuumaammoo8086 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ebbifama
@Abonesh835
@Abonesh835 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeeeeen Ebbifam Ebbifam Ebbifam Ebbifam Ebbifam Ebbifam Namaa waqayyoo dachaa diribii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@yoowaqayyoojedhe........2477
@yoowaqayyoojedhe........2477 2 жыл бұрын
Guyyaan kun kan koottii Ameeeèen Ameeeèen
@koketikoketi4463
@koketikoketi4463 2 жыл бұрын
Ebbifamaa 🙏
@karizmamega524
@karizmamega524 2 жыл бұрын
AEEEEEEEEEEEENI3🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😘😘😘😘💞💞💞💞💞💞💞💞💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@caltucalaa4770
@caltucalaa4770 2 жыл бұрын
Ebifamaa ebifamaa ebifamaa ❤️👍❤️💕🙏🙏🙏
@michuudhugaayesuus6311
@michuudhugaayesuus6311 2 жыл бұрын
Ameen Eebbifamaa 🙏❤
@botin6076
@botin6076 11 ай бұрын
Amennnnnn amennnnnn ❤
@almaznugusu440
@almaznugusu440 2 жыл бұрын
AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@kiyyaakoo2375
@kiyyaakoo2375 2 жыл бұрын
Ameenx100% ebbifama ebbifamaa
@baayegalatomihh6160
@baayegalatomihh6160 2 жыл бұрын
Ameeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen ❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏
@almainmo6743
@almainmo6743 2 жыл бұрын
AMEENAMEEN AMEENAMEEN AMEENAMEEN AMEENAMEEN
@sufiijalalaa490
@sufiijalalaa490 2 жыл бұрын
Ameeen Ameen ebifamaa dachaa
@robotfamilychanal7685
@robotfamilychanal7685 2 жыл бұрын
Sufii malo mati naf ta.i ebifami
@tadelechserbesa7932
@tadelechserbesa7932 Жыл бұрын
Amee Amee Amee Amee Amee Amee Amee Amee 🙏🙏🙏🙏
@laliseeiilovujisese6796
@laliseeiilovujisese6796 2 жыл бұрын
Ebiifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Zainabjamal-i7p
@Zainabjamal-i7p 2 ай бұрын
Yesusu ameeeeee ameeeeeee maaq kee halftu ameeeeeee ameeeee
@maramhabib7718
@maramhabib7718 2 жыл бұрын
አሜን
@birtudiroohammasabdiijiraa8858
@birtudiroohammasabdiijiraa8858 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen🙏🙏🙏❤❤❤
@yeshiderwaro789
@yeshiderwaro789 Жыл бұрын
Amen.Amen.💔💔💔🔥❤❤❤❤🔥💔🔥
@zahraakhalil6240
@zahraakhalil6240 2 жыл бұрын
Ameeeeen ameeeeeeen ebbifamaa
@oroomtittisabaa9757
@oroomtittisabaa9757 Жыл бұрын
Ameeeen ebifaamaa
@Taddalu-oq6yr
@Taddalu-oq6yr Ай бұрын
Ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@AyanneChala
@AyanneChala 4 ай бұрын
Ameen ameen 🙏❤l
@jesusisawayoflife9168
@jesusisawayoflife9168 2 жыл бұрын
Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeee🙏
@Zenebu123-lm5ns
@Zenebu123-lm5ns Жыл бұрын
Ameeeeeeeeen ebbiifamaa
@bireewagiimegersa5235
@bireewagiimegersa5235 2 жыл бұрын
Ameen Ammeeee
@AlloCel
@AlloCel 8 ай бұрын
Ameeeeeeeeeeen❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@nanat1397
@nanat1397 2 жыл бұрын
Ameeen eebbifama rajii
@yohannisabarafndnddfx2614
@yohannisabarafndnddfx2614 2 жыл бұрын
AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN
@etyopiacheeses7466
@etyopiacheeses7466 2 жыл бұрын
Amen
@yaaqqaayyoo4866
@yaaqqaayyoo4866 Жыл бұрын
Ammeen ❤❤❤
@danielolani6219
@danielolani6219 2 жыл бұрын
GOD BLEESSSSSSSSSSSSSSSSS YOU
@mozaratherpa4572
@mozaratherpa4572 2 жыл бұрын
Ameeen ameeen Eebbifamaaii
Сестра обхитрила!
00:17
Victoria Portfolio
Рет қаралды 958 М.
Mom Hack for Cooking Solo with a Little One! 🍳👶
00:15
5-Minute Crafts HOUSE
Рет қаралды 23 МЛН
Dr Zakir Naik Afaan Oromoo || dr Zaakir Gafadhaa full video guutuu
1:08:48
CORAN POUR DORMIR QUI APAISE LE COEUR (Recitation magnifique) 2021
1:31:41
DOUAA PROTECTION
Рет қаралды 17 МЛН