Uummata akkamiiti garuu nuti mee farffanna kana amma yoona like 10k ol kan hin galchinee yoomiree silaa mee baay'eema keenyatuu sirba bu'aa hin qabneefuu like gochaa ollaa likes godhaa jennee iyyaa olla fb gubarraa farfannaa ammoo like gochuun sinitti ulfaata dhugaa waaqayyoo akkaa waliif yaannuu nu haa taasisuu kaa