BABAARO - Doktora 7 Ilmaan Abbaa Tokkoo

  Рет қаралды 67,208

Etv Afaan Oromoo

Etv Afaan Oromoo

2 ай бұрын

Maatii Obbo Mirreessaa

Пікірлер: 207
@misganaadugna5472
@misganaadugna5472 Ай бұрын
Akkuma afaan isaaniirraa deddeebiin dhageenyu, gargaaraan isaanii waaqayyo dha. Baga gammaddan baga gammanne. Bakkaaf biyya jirtanitti nageenni rabbii isinirra haa tahu.
@latiteferigetahun72
@latiteferigetahun72 2 ай бұрын
Akkaa biyyaa Ityoophiyaati seenaa addaadha, ijoollee Abbaa tokkoo fi Hadhaa tokkoo. Doctor 7 Wow!! Ijoollee Oromoo fi Oromiyaa ❤❤
@TeshalaGadisa-gf3us
@TeshalaGadisa-gf3us 2 ай бұрын
Wow wow wow 🎉🎉😮😮 maaloo maaloo maal namatti tolu uuuufffff maatii eebbifamaa
@SmartTube-dp6mf
@SmartTube-dp6mf 2 ай бұрын
Kun Oromoof fakkeenya guddaa dha! Maatiin hunduu saba kana keessaa osoo waan kanaafi kana fakaatan irratti boba'uuf caraaquu qabu! Fkn:-👉Daldala irratti baay'ee daran hirimaachuu fi cimuu. 👉Barnootatti cimuu maatii cimsanii baasuu.
@FeteneBelina
@FeteneBelina Ай бұрын
Woow God blessed gratulation Family and unique
@gwalbo7547
@gwalbo7547 2 ай бұрын
ALL the praises, glory, power, blessing, and honour be to God Almighty! Amen! Succinctly: I say to you all, Remain Blessed Abundantly!
@SA-gn7ie
@SA-gn7ie 2 ай бұрын
የዚህ ቤተሰብ ድንቅ ታሪክ በአማርኛ በሚዲያ ላይ ለሌላውም ህብረተሰብ እንዲደርስ ቢቀርብ መልካም ነው። መላው ቤተሰብ እንኳን ደስ አላቹ!
@Alemtshayetola-vk6fp
@Alemtshayetola-vk6fp 2 ай бұрын
Abba jechuni kanaa dhugaa matii ebifamee amas gabdhaa jabadhaa 🥰🥰
@sisayabayneh8442
@sisayabayneh8442 2 ай бұрын
Kabaaja guddaa maatii kanaaf!!! Beekamtiin akka biyyaatti keenamufi qaba. Respect!!! Recognition!!! Disseminate for the wider public.
@user-wq2gm4sl2u
@user-wq2gm4sl2u 2 ай бұрын
Mali ijolle wanti akkatti namatti toluu waqayyo siin ebbisuu baga gammadan 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@mullalamma6213
@mullalamma6213 2 ай бұрын
Ijoolleen wallaggaa duru madda beekumsaati
@GetahunShelema
@GetahunShelema 2 ай бұрын
wallagga Kan jedhu of keessaa balleessitii waan biraa itti fufi . Nama koo hin dogoggorin. Eessa maaf hin taane hunduu wal qixa tolee. gara biraas doctor jira
@Abeelove
@Abeelove 2 ай бұрын
Congratulations 🎉🎉🎉 ijoollee biyyaakoo kan mana baruumsaa tokko keessaatti baraannee qaxaalee waan ❤❤❤❤❤
@user-ei1vk1gr3d
@user-ei1vk1gr3d 2 ай бұрын
Maali kuni! Maatii eebbifamaan! Kan nama ajaayibu immoo"waaqayyo waaqayyo" kan jedhu afaan isaanii keessaa hin bu'u. Haadhaaf abbaas dabalatee.🤔🤔🤔 Jarri kun kiristaana/ pheenxee natti fakkaatu. Gooftaan isaan yaa eebbisu!!! Ammayyuu
@lilugidami9657
@lilugidami9657 2 ай бұрын
Congratulations 🎉🍾🎊🎈 Thank God for His blessings, that no one can take away. God is faithful for our oppressed and undermined people! I praise you Jesus for your faithfulness!!!
@tsigetakele
@tsigetakele 2 ай бұрын
Ijoollee qaxalee maatii eebbifamoorraa burqan! Waa'ee keessaniif Waaqayyoon haa ulfaatu jenna.
@biranuabdissa7377
@biranuabdissa7377 2 ай бұрын
Dr Gamachu"if God said"I can tell nobody gonna stop u guys, u all deserve way much better its just the beginning!.
@urgessasoressa
@urgessasoressa 2 ай бұрын
Very blessed family!! They should be registered on giniouse book!!
@user-wy5be5lz7d
@user-wy5be5lz7d Ай бұрын
Wow 👌 kana waaqumatuu gargare
@cybercravingman5265
@cybercravingman5265 2 ай бұрын
Hopefully i am waiting 7 Star Miresa Children Hospital
@GGU900
@GGU900 2 ай бұрын
Maatii carraa qabeessa🥰🥰 seenaa jimmaa Yunivarsitii keessatti maatii tokkorraa Doktoora hagasii oomishuun waan addaatti. Doktoorummaa qofa osoo hin taane amalaaniis namatti tolu keessattuu Dr. Shagitu hundarraa caalatti ni beekan waan taheef ijoollee baay'ee namatti tolaniidha🙏🙏🙏 fayyaa fi jaalalaan jiraadhaa🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏
@lesaawallaggaa9342
@lesaawallaggaa9342 2 ай бұрын
Doktorii duruu waallaaggaa kesaa biqilaa wowwoo❤❤❤❤🎉🎉
@user-ks7fc4le2r
@user-ks7fc4le2r Ай бұрын
GREAT !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! Ammas Eebbifamaa ! Amma illee Bulaa horaa ! kun kennaa addaati. What a blessed family !
@samuelderiba380
@samuelderiba380 Ай бұрын
Blessed Family!!! 🥰 Baga Waaqayyo isin gammachiise!
@user-pe3gu4mp5x
@user-pe3gu4mp5x 2 ай бұрын
Waliif jirradhaa ija hamtuu isiniraa ha qabuu qalii wankoo❤
@ChaliHirphesa
@ChaliHirphesa 2 ай бұрын
Obbo Mirreessaa Bantii sirriittaan beeka Isaan hojii daldalaa keessatti baayyee tokko nama cimaadha kanaaf inoolleen isaan cimuun maddi isaa isasnirraat waan ta';eef baga gammadaan jedha lammii gaariidha
@user-bh6dk7qt5e
@user-bh6dk7qt5e Ай бұрын
Ani baay'een ajaa'ibsiifadhe dhugaa akka kootti.Eebbifamaa maatii addaa🙏🙏🙏
@user-rg9vc5tp1n
@user-rg9vc5tp1n 2 ай бұрын
They are a gentle families their famousity is registered on UNESCO❤❤❤😂😂😊
@user-kn7cy1vl4d
@user-kn7cy1vl4d 2 ай бұрын
Gurri Dinaa hin dhaga'iin kanaa
@Mustafa-si4cg
@Mustafa-si4cg 2 ай бұрын
Excellent quality 👌 thanks for the family members and friends!!!
@cphonetastic3994
@cphonetastic3994 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤waawwoo dhugaa waan aja'ibatti matti tokko keessa namonni 7 Dr ta'uun isani ajaibsiisadha jabadha nuuf jiiradha saba koo❤❤❤❤❤❤❤
@moichaantube
@moichaantube 2 ай бұрын
Hundumti keessan baga gammaddan! Dr Galoo, hiriyaa qaxaleewwan ani qabu keessaa isa tokko, congrats again 🎉🎉🎉
@meskeremmeskerem9048
@meskeremmeskerem9048 2 ай бұрын
Wowowo waaqayoo inni kanaan sin gahee baayyeee guddaa Haa eebbifamuuu galannii kan Waaqayyootii Uuuuuffffeeeeeeeeey ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ bagaa gammadaan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Amante2023
@Amante2023 2 ай бұрын
Congratulations 🎉🎉 Very blessed family .!!🎉🎉🎉
@rametotibeisso69
@rametotibeisso69 2 ай бұрын
Congratulations! Baga Gammadan Maatii,namni barate Biyya Fayyada. baroota hedduuf Hawwaasni keenya carraa barnoota fi Mana Barnoota dhiyeenya hin arganne kun namootni akka Abbaa kanaa biyya fayyadan akka hin baane hiree cufe. dhalootni ammaa carraa irra woyyaa qabu jiru bayeessa, Eebbifamtootnis maatii hedduuf ,biyyaaf fakkeenya gaarii ta'u.
@robsonfekede4031
@robsonfekede4031 2 ай бұрын
The father of Doctors Miresa Benti great Model i pray for you Long-Life with your Doctors and engineer !
@GemedaDuguma-ze3qu
@GemedaDuguma-ze3qu Ай бұрын
Bga waaqayyoo carraa kanaan isin gae ijoolleen wallaggaa duraanii madda hayyooo Doctaroota, Pileetota, Injinaroora, Mandiisota.......
@user-ql3ji7pw3x
@user-ql3ji7pw3x 2 ай бұрын
Waan ajaa'ibatti dhugaa Waaqayyoo haa Eebbifamuu
@genetbefk986
@genetbefk986 2 ай бұрын
I proud of these family ,I never seen like them who liked each other and I wish more life for the whole family
@zelekeadolaadolaberako5276
@zelekeadolaadolaberako5276 2 ай бұрын
bagaa waaqayyoo isiin gargaarre carraa kana isiin gahee!!;;!! congratulations ❤❤❤❤❤❤
@gutemakasim3932
@gutemakasim3932 2 ай бұрын
Congratulations all brothers, Dhugaa kun kennaa rabbiiti. Rabbiin unrii maatii keessan wajjiin isin haa dheeressu
@alemhika8200
@alemhika8200 2 ай бұрын
Waqayyo haadhaf abba kessan akkasuma isinin obbolaa hundakessan haheebisu🙏🏾. Maal hojjechu akkayaaddan yon bare natti tola. A. Hika, MD. Norway irra.
@user-im9jk8hf6c
@user-im9jk8hf6c 2 ай бұрын
Yaarabbii hsmtuu irraa qabii ummataa beeysisuu hinqabdanii ijji namaa bareeda mitii❤❤❤❤❤
@Saa_Ab
@Saa_Ab Ай бұрын
bless more!!!!! blessed family
@FgFg-cn2tx
@FgFg-cn2tx 2 ай бұрын
Wwwwwww best family urmi dheradha darba jiradha baye nama gamachisa 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@dabafayssaa2576
@dabafayssaa2576 Ай бұрын
Wqyoo umri deraa isnfi hakenuu ebfamaa .wow wow wow
@RomanRoman-vj5xz
@RomanRoman-vj5xz 2 ай бұрын
Congratulations🎉Good luck with everything.
@madinataju7355
@madinataju7355 2 ай бұрын
My ijoollee horroo ❤❤❤❤❤
@Firriiyoutobe
@Firriiyoutobe 2 ай бұрын
Jiraa jirtuu warii Etv Afaan Oromoo anii hordoftotaa keessaan keessaa Ani namaa tokkoon isinin jeedhaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@cybercravingman5265
@cybercravingman5265 2 ай бұрын
Miracle family history
@TeshomeHordofa-tf7ve
@TeshomeHordofa-tf7ve Ай бұрын
WALLAGGAA madda beektotaa fi hayyootaa ti kanaaf ormi nu jibba malee nama hin jibbinu. Walumaa galatti Wallaggaan Mirga isaatti Fayyaadama dirqama isaa ni ba'a ,Garuu mirga isaa dabarsee eenyuufuu hin laatu hamma du'aattillee.
@gemechisbulti9897
@gemechisbulti9897 Ай бұрын
Waaqayyo galata haa argatuu abboo..❤❤❤
@user-vb5nv7kn1d
@user-vb5nv7kn1d 2 ай бұрын
Bagaa gaamadanii waqayyoo keessani issaa issanii gargaref gaalani guddaan haa ta'uu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@margitumargituu1168
@margitumargituu1168 2 ай бұрын
Wawawaw lamikoo baga gamaddan abbaan kenyi baay'ee cimodhaa dhugaa dubachuf umurii dheraa harmee kenyaa wajin
@shagekalifa5189
@shagekalifa5189 2 ай бұрын
Congratulations 🎉 🎉 congratulations 🎉🎉 Bagaa gammadan Amas Rabbin isin haa milkessu ❤❤🎉
@user-jm4gg6ne6n
@user-jm4gg6ne6n 2 ай бұрын
Wowwwwwwwww jiradhaa haamtuu siii arginiii jiradha umurii dheradh. Baaye namtii toolaaa
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 2 ай бұрын
Baga waqqayyoo siinf garagaree obbolato koo♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏
@dryosantadesse5727
@dryosantadesse5727 Ай бұрын
Waw ijoollee mirreessaa❤❤❤❤
@obsaejeta3096
@obsaejeta3096 2 ай бұрын
Woow! beloved family!
@cushticethiopia3133
@cushticethiopia3133 2 ай бұрын
International standard family. Congratulations you all:)
@AggeGetu
@AggeGetu Ай бұрын
Wow bayee namati tolaa dhugaa nu jiradha
@melesezegeye-di9nl
@melesezegeye-di9nl 2 ай бұрын
Wow! Amazing family!
@Thobi587
@Thobi587 2 ай бұрын
WOW WHAT A BLESSED FAMILY, EBBIFAMAA
@gutatariku3002
@gutatariku3002 2 ай бұрын
Smart Family in Horro Guduru Wallaggaa
@enishebekele6767
@enishebekele6767 2 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉 Baga gammaddan. Waaqayyo isin yaa eebbisu.
@Golollisa_barii
@Golollisa_barii 2 ай бұрын
Ijoollee QOPHAAYINA ❤AMBO 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@LaliseDeraro-bv2ih
@LaliseDeraro-bv2ih 2 ай бұрын
Congratulations bayee namatii tola ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waqaayyoo isn haebisuu
@danielmulatu2549
@danielmulatu2549 2 ай бұрын
Wow .... congratulations Galata... Maatii dinqisiisaa
@zaraamanuel7847
@zaraamanuel7847 2 ай бұрын
Wallaggaa koooo❤❤❤❤❤❤❤❤
@ShaamilKalif
@ShaamilKalif Ай бұрын
Haadha ijoollee kan deessaa illee bayy'ee galatomii attisi
@diribebekele1415
@diribebekele1415 2 ай бұрын
congratulations! baga gammaddan hundi keessanuu!
@etcetc6196
@etcetc6196 Ай бұрын
Wow wow bayee tokko namati tolaa bagaa Rabiin isin badhasee baka guddaan isin gahee wara lamii ofi tif hojii garii hojetuu isin hagodhu sanyiiko
@JohnTErena
@JohnTErena 2 ай бұрын
@Wallaggaa biyya hayyootaa ❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤eera Eegumsii osoo akka Minister fayyaafi barnootaatii argitu tayee=yaadachisii Dr Fayyaa Rifaatuu barattaan spiritual foundation
@gobenaameni218
@gobenaameni218 2 ай бұрын
Congratulations🎉 Great for Oromo people
@cybercravingman5265
@cybercravingman5265 2 ай бұрын
MIRACLE FAMILY, WE ARE PROUD OF U.....
@terefebanti1221
@terefebanti1221 2 ай бұрын
Bagaa Gamadan, Umurii dheera isiinif Yaa keennuu.
@tekleliki4804
@tekleliki4804 2 ай бұрын
Great family God blees you
@gamachudaraje1066
@gamachudaraje1066 2 ай бұрын
What a miracle like that
@user-to8xu3ui1i
@user-to8xu3ui1i 2 ай бұрын
Wow kuni raajidha Waqaayyoo ammas siin haa guddisuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@ketemadinka5475
@ketemadinka5475 Ай бұрын
woow bagaa waqaayyoo isin gargaree
@fikrutafese4998
@fikrutafese4998 2 ай бұрын
Surprising !
@shiferawgemado8265
@shiferawgemado8265 2 ай бұрын
God bless all the families great 👍🏾
@LeenGetacho
@LeenGetacho Ай бұрын
❤eeebbifama
@simaaneliyas578
@simaaneliyas578 2 ай бұрын
Mee Maqaa isaanii nuuf barreessaa kaa seenaaf ol kaayyennaa....!
@MimiDarartu-ju4jo
@MimiDarartu-ju4jo 2 ай бұрын
Wwww❤❤❤❤❤❤❤ wan ajayibati dhugaa amaree darbaa jiradhaa ❤❤❤
@DeribaMegersa
@DeribaMegersa 2 ай бұрын
amazing great family
@user-hq8ek5ff3x
@user-hq8ek5ff3x 2 ай бұрын
Wow wow baayee namati toltu dhuga waaqqayyoo goofta baraf jireenyaa keessani haa ebbisuu dhuga ebbiifama ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 baga gaammadani❤❤❤🎉🎉
@wesener7170
@wesener7170 Ай бұрын
Best family ❤❤❤
@dabalezode3702
@dabalezode3702 2 ай бұрын
Wowowow dhugaa baay'ee nama gammachisuu dhugaa
@fenetdadi-bf7qp
@fenetdadi-bf7qp 2 ай бұрын
Walaga is hero.
@michaelkutane236
@michaelkutane236 Ай бұрын
Baayyee gaarii dha.
@user-hn8lb8vo7q
@user-hn8lb8vo7q 2 ай бұрын
Waqayoo.baga.isiin.gragree❤❤🎉🎉 Baga.gamadani.baga.gamani❤❤🎉🎉
@xajeekebede8271
@xajeekebede8271 2 ай бұрын
Congratulations ❤🎉
@firiitirro2750
@firiitirro2750 2 ай бұрын
Bagaa gammaddani hundii keessani Wow wow wow
@malikahassan5744
@malikahassan5744 2 ай бұрын
Woooow amale Rabiii haa bayiisu Jolee oromoo
@AbbeeSiida
@AbbeeSiida 2 ай бұрын
Baay'ee baay'ee namatti tola. Jabaadha.
@sifaneticha7297
@sifaneticha7297 2 ай бұрын
Wow amazing family
@robsonfekede4031
@robsonfekede4031 2 ай бұрын
Baga gammadaan maatiin hundiii keessa keessuumaa abbaaan ijoolee kana abba mul'aatatii really he was wonderful father
@naianaiaa7426
@naianaiaa7426 Ай бұрын
Wwoo,ebbifaama
@SsSss-zo6mn
@SsSss-zo6mn 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤ wowwwww
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Hawaasni xumura argee Eegumsaa Qalbiinis waraanaa qabeenyaa Uffaata Dammaqaa mokonniin dubbachuun Seeraa ittisaa
@dn22
@dn22 Ай бұрын
Waaqayyoo caalaati isiin haa eebisuu
@dawigayesa1302
@dawigayesa1302 2 ай бұрын
Congratulations ❤❤
Turtii Weellistuu Meetii Haylee  Dibaabaa waliin taasifame
20:42
Fana Television
Рет қаралды 20 М.
When You Get Ran Over By A Car...
00:15
Jojo Sim
Рет қаралды 24 МЛН
100❤️
00:19
MY💝No War🤝
Рет қаралды 17 МЛН
Diraamaa hanna qormaataa irratti qophaa'e.
9:55
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 61 М.
ከመሀል - Ethiopian Movie KeMehal 2023 Full Length Ethiopian Film Kemehal 2023
1:23:00
Netsebraq Media - ነፀብራቅ ሚዲያ
Рет қаралды 465 М.
Nyaanni ajajanne raacha ta'e!
1:05:10
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 69 М.
Yeroo jaalalaa 'Sagalee kee utuu hin dhagahiin yoo bule irribni na hin qabu jetti ture'.
25:49
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 106 М.
OROMIA11: KOMEDIIYAAN WAAQOO FI HAADHA MANAA ISAA.
42:50
Oromia 11
Рет қаралды 503 М.