Beetiin maaliif Jawar Kisingiin ibsite🙆 qeerroonis hinjiru jette kisingi male.diiggumsa manniin Adaa

  Рет қаралды 28,688

abdu mobilapp

abdu mobilapp

Күн бұрын

Пікірлер: 186
@RomanRoman-vj5xz
@RomanRoman-vj5xz 3 ай бұрын
Betty is right, if there were kerro, by now Addis Ababa would've been Finifini .Government language in Addis abeba would've been Oromiga. You can't even drive around in Addis unless you can read Ameharc. Not even a single, sign in Oromiga. how can you know your surroundings ? Look at Wello, wellega and many more Oromiga regions suffering been attacked, by military/ Fanno? nobdy knows.
@jennenus1764
@jennenus1764 3 ай бұрын
Mee du'aayii naaf godha suuqi 5narraa diigani ilmas narraa hidhani duniyaan homaa miti rabbi ilma kiyya naaf haa baasu🤲🤲😭
@ofgchannel1729
@ofgchannel1729 2 ай бұрын
😪😪😪😪😪😪😪😪😪
@AhimdJarsoo
@AhimdJarsoo 3 ай бұрын
Anatu dura lale likk godha ummata qashatiii😊
@hikmaamohammed4040
@hikmaamohammed4040 3 ай бұрын
Yaa rabbii ummata keennaa birmadhuuu ee dhugaa homaa jiruu
@asnakechdenboba6530
@asnakechdenboba6530 3 ай бұрын
አብዱ እውነቷን ነው አፋን እንዲ ስትከፍት ዝም ስለተባለች ነው ይችህ ግንደ ቆርቁር ፊት ቢልላት ጀዋርን ማዋረዷ ነው ሳታውቀው እሷ ናት የተዋረደችው
@abadiirabbiirabbii9783
@abadiirabbiirabbii9783 3 ай бұрын
Asumanu jabbadhu hojii kee bayye garii dha ani nama yeroo dherafa sii horodufudha jabbadhu ❤❤❤👍👍👌
@ZaraBh-sz6ct
@ZaraBh-sz6ct 3 ай бұрын
Niitii gogorriin kun hin bari'u seetee udaan manatti agdee bariinan salphattee jedhii.guyyaa tokko jecha kanatti qaana'uuf jirti😢
@Obsee-t1b
@Obsee-t1b 2 ай бұрын
Abdiyee anii aksumas😢😢wanii godhuu dhabee dhiseee motumaa garbofataa kanaa Rabbiin nuraa haa kasuui😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@assefaregassa1396
@assefaregassa1396 3 ай бұрын
Abdi kiyyaa dhugaa dubachuuf dubiin Beeti dhugaadhaa! Maalif yoo jetee qeerroon ijaraamee wan hin jireef qeerroon hin jiruu jechuun dhugadhaa!
@isaaisaagarbii9810
@isaaisaagarbii9810 3 ай бұрын
Jawar xiqoo calisee ture amaa xiqoo bareesuu Eegalaan jala 'albaa'uu Eegalan tuni'amoo intaaloon wan jedhii jedhaanin jechaarti
@YasribAbabiyaa
@YasribAbabiyaa 3 ай бұрын
Dhugaa ketii abdu kenyaa jabadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@bilisabaasa
@bilisabaasa 3 ай бұрын
Sharmuuxa hundaa nutii garagallee lalluu. Haacaluu kan galafaatte tan akkaa isii tana.
@temkysoftwere2134
@temkysoftwere2134 3 ай бұрын
Wollaaluma isiiti kun,akkamatti obbolaa jidduu seenna jechuutu nurakkise malee ammayyuu jecha Jawar namni faallessu hinjiruu hingowwoominaa jedhiin.
@Dabbaal_Show
@Dabbaal_Show 3 ай бұрын
Dhugaa keeti namni gatii laaleeti waan hin taane keessa galaa jira sabni biraa hundi seera qabeessa tahuu ilaala jalqaba
@birhanutolasa7062
@birhanutolasa7062 3 ай бұрын
Dubartii safuu hin beekne, nyaara aaddattee fi salphoo akka intala kanaa hin agarree
@hewangudina7425
@hewangudina7425 3 ай бұрын
Dhugaa keti♥️
@birhanutolasa7062
@birhanutolasa7062 3 ай бұрын
@@hewangudina7425 dubartii nama jibbisiiftii yeroo gochashee ilaalanii
@kediramin1870
@kediramin1870 3 ай бұрын
Wanni abiyyi seenaa keessatti oromoof godhe yoo jiraate jaawar hidhaa sanii baasuudha jawween haga oromoo arge waan namatokkorraa eegamuu ol godhe amma lubbuu isaan jiraatuunuu nuuf gahaadha
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 3 ай бұрын
As Wr Wb.maal seeraan ala qofa kan seeraan ijaaramellee nurraa diigame.umrii koof humna koo biyya namaatti fixadhee ijaarradhe narraa diigani Wollaahii.
@maddadhugaa2064
@maddadhugaa2064 3 ай бұрын
Wollahii yaadnnike heddu Matti tola ❤
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 3 ай бұрын
Abiichuu may king ❤ 🐅
@rozaoromo217
@rozaoromo217 3 ай бұрын
Ergama qabdi allahu-aalam
@marimagudato5952
@marimagudato5952 3 ай бұрын
Jaweeee my king ❤❤❤
@HawaBashir-b7z
@HawaBashir-b7z 3 ай бұрын
እቸውሽአ ቀደኝየጀዌርጥለትኔሽውሽአ ቤትውሽእ😮😮
@Johara-oz8hh
@Johara-oz8hh 3 ай бұрын
Yaa Abdu keenyaa me akkam taana duba??!!!😢😢😢warri biyya ormaa keessa ta'ee biyya tiyyattin mana jaarradha je'e yaadu
@ZuberAliyi-sx6bl
@ZuberAliyi-sx6bl 3 ай бұрын
Wohii Adaamaa qofaa yaaoboleesso kan jimmaa dachaadhaa
@shaamsiyaajaanboo8792
@shaamsiyaajaanboo8792 3 ай бұрын
Dhugaa ketii watii karta hin qabane ijaranii keessa galuraa mana Kira way
@MaHi-qy3xd
@MaHi-qy3xd 3 ай бұрын
Bete is simply seeking 15 minutes fame and attention. She is a simpleton. She is also an agent doing some one’s bidding.
@mabubaabamca4392
@mabubaabamca4392 3 ай бұрын
Anamo dhugaa rabbi sagaledhmasi najibisisa jiniwii
@TesfayeZergawu
@TesfayeZergawu 3 ай бұрын
Most rebellions are Amhara racists against all Oromoo development programme
@Asd-i5l
@Asd-i5l 3 ай бұрын
Abduu betib dhugaa jete qerroo wantii jedhu hin jiruu qerroo kaa jiruu qerroo sobatii walhi
@GalanebalchaGalana
@GalanebalchaGalana 3 ай бұрын
Beti jechun ramoo jechudha nama garaf dutuu
@bedasakabeta355
@bedasakabeta355 2 ай бұрын
BEETIIN KUN BAAY'EE CIMTUU,OFITTI AMANAMUMMAANSHII AKKASHIIN JAJAMTU TAASISEERA.CIMINA HEDDUU QABDI;DADHABINASHIIS KAN CAQASAN HIN DHABAMAN.AMMA GARUU CIMINNISHEE IFATTI MULDHATU HALAALATTI MULDHATA Abdu app.
@SiifanAbsee
@SiifanAbsee 2 ай бұрын
Beetin waalama rraa tokko dhabdee tokko argate 1ffaa jowar jaalattee dhabde 2ffaa baajata argatee Gama tokkoon oromoo hayyuu hisisee galee nyaatu agartee Abdii nurraa dhabdee jennaan Dubbii tana dubbattee Dhugaa qabda jennaan Ormoo manaa dhabddee!!! garuu kan akka jowaar oromorraa dhiisii afrikarrattuu hin dhalatu Farsanis arabsanis jowaar hin moo'amuu hubadhaa kennaa rabbiitii!!!❤
@ChapeBaruk
@ChapeBaruk 3 ай бұрын
Sanyiin harree kun mal bektii wa'e qeerro? Rakkoon qabu harreen duru ule jalattii.uletu ishera fagatee kanaff folattii qeerro dhufa jira.
@SamsungDuos-dl1qn
@SamsungDuos-dl1qn 3 ай бұрын
Abdu,kennajabadhu,ittinufuf,🎉sihordofuttijiraa
@SeenaaKiyyaa-bf2df
@SeenaaKiyyaa-bf2df 3 ай бұрын
Betin qeron hinjiru hinjene qeeron jawarif jedhe arsa kafalu hinjiru jechusetii male qeron hinjiru jedha hinjirtu hubadha qero yelewm jete male qero yelem hinjene dhugaadha osoo qeron jawarif jirate wagaa 1mitti guyya tokko inidhamu ture aniyu akkuma betii yadda ture biyii garagagala jedhen ega ture yero jawar idhame sana kanafu betin siridha dhugaa
@nouraaaa7655
@nouraaaa7655 3 ай бұрын
As wr wb bagaa nagahani dhufiite abduu natu duran ilale leki nagodha😭😭
@warqiibarahimi8587
@warqiibarahimi8587 3 ай бұрын
Waalahi dhugaa keti garru ammafi nura dhabattu qabba😢😢😢😢😢😢😢😢
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 3 ай бұрын
Namahu fakkatu afan dhiiga goote
@AbibekerJemal-d3m
@AbibekerJemal-d3m 2 ай бұрын
Akkami nama biraa fuudhaaf hinaafte hinaaffaa keessa Jira nama hinaafte akkana basabasa
@abbakalbishow
@abbakalbishow 3 ай бұрын
ana garuu kan na ajaa'ibu isa isin eebbistanis isa isin abaartanis osoo hin taane as jalatti comment kan barreessaa jirtanidha nama qeequun dura osoo hundi keenya dhabbanne of laalle gaarii natti fakkaata maaliif yoo naan jettan wanti isin barreessaa jirtan hiika tokko hin qabu maaliif qubeerraa quba cirtu wal qeequun dura of qeequun ni dursa nama abaaruunwaan gaarii osoo ta'e isin dursa abaaramuu qabdu turtan. maaloo hundi keessan"comment" as jalatti barreeffamee jiru sirreeffadhaa
@kediramin1870
@kediramin1870 3 ай бұрын
Cachent du ee maalfide mee qeerroon osoo jawaaris lubbuun isaa hidhaa san keessatti baatee hidhii xuuxaa waggaa waggaan yaadatuun ala maalfidan
@hhi4562
@hhi4562 3 ай бұрын
Uuuuuuuuuufiii Amalee umanii kenaa lafaa seraa hin qabanee bitaraa motumanii rakoo hin qabuu
@zakiranwar-yq4pb
@zakiranwar-yq4pb 2 ай бұрын
Isheen quba hin qabdu jette akkam quba dhabdi waan biyya keessa jiru Hunda beekti
@uaess9428
@uaess9428 3 ай бұрын
Yaa beeti moo jinni jedhan duruu sheexana fakkata ama siri mataan akkami hazballa abiyyin bar namuma akka jawaarititi laallu qaroo nu galaafate gaddatu nutti gale dachee oromiyaatitu gaddan liqinfame malee yoom guyya takka waaye jawaar cal jenne wallahi gaafa takka salaata keessati jawaar hin daganne gaafa inni bahes sujuudan bu'e bakkuman jirutti jawaar ijji nuuf yaa wasaka
@bahirumamo9459
@bahirumamo9459 3 ай бұрын
Habsh mehonwane ezhe laye nawe yetrdnawe.
@obsseobsee9762
@obsseobsee9762 3 ай бұрын
Dubartii ulfaa ija 9 dhaa Abdu waggaa 9 isa jette sirreeffaadhuu Qaalii nama 🙏🙏❤❤❤
@mahamadadam241
@mahamadadam241 3 ай бұрын
Tuniii jazban mall hasoftiii jaalatee dhabuuu ketuu natiii milataaa kanaduraaa maaff yee affan amaratii juwaar maff watotaa gsrii hingafatii janiii warii amarraa sgafatan mall jetee debifteee irraaa debiii dhegeyfadhuuu betiii jechii kee waall faleysaaa akka kiyarattii jalatee dhabuu ketuu nattii mullataaa!!!!!
@ifiyyfhuj1615
@ifiyyfhuj1615 3 ай бұрын
Jaarti qaraanca kana duruu hin jaladhuu waraa akkasi kan ayyuukeenya meqa fixee bitamtuu juwwaar dofadha jetee ishee akkasidha kan hummata keenyaa ajesisa jiruu
@gaaddisadhugaaoromoo
@gaaddisadhugaaoromoo 3 ай бұрын
Sagalee ishii garuu baay,ee akka ariifatu gootee jirta qulqullina hin qabu
@مومنهابراهيم-ف7س
@مومنهابراهيم-ف7س 3 ай бұрын
Rabin isa fonniqollichuu jira abyi
@fatumamohammad9064
@fatumamohammad9064 3 ай бұрын
Yaa allaah😢😰😭😭😭😭. Dadhabbii biyya namaatti dugdi citee umriin itti dhumee ijaaratan akkuma salphaatti daaraa godhu subhaan allaah 😢. Hedduu nama gaddisiisa.
@anoleeshow7866
@anoleeshow7866 3 ай бұрын
Osoo nama bira wajjiin wal harkaa fudha dubatiin gaarii ture
@Anuwar-yh5sz
@Anuwar-yh5sz 3 ай бұрын
Sirriidha eenyumtuu kuffisuu hindanda'u
@makiyamakiya8704
@makiyamakiya8704 3 ай бұрын
Eassa jiratanii ree yoo dhaltuunii Qeerroon hin jirtuu jetuu
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 3 ай бұрын
badhadhiinaa ❤ 🐅
@MriyamaaMriyama-zv3ds
@MriyamaaMriyama-zv3ds 3 ай бұрын
Rabiin sabarii nuuf haa keenuu malee karatani ni keenamas jedhiin sobanuu biyyaa maratuu bulchusuu keesaatii namii midhamaa jiraa waan malasin kaseen is haa kasuu
@aishaaisha6968
@aishaaisha6968 3 ай бұрын
Biyyaa keenyaa keessatti seeran alaa mana ijjaaranchuun waanuma jiru haarayaa mitii akkuma motuummaan duuraani Lakkofsa mana kennefi akka giibbira gabbaru maf hin goone diigu irraa warrii biyyaa alaa jirtaan ummataaf sagalee taha--
@SheenaBh
@SheenaBh 3 ай бұрын
Aka Yoo namaa DHA yadee
@hhi4562
@hhi4562 3 ай бұрын
Habibii kiyaa hasofinii kee akamitaa miayaa ijaa tiyaa iraaa hafii Abdu kooo
@murtee
@murtee 3 ай бұрын
Paartiin biyya bulchaa jiruuhuu seeraan ala ijaarame😅
@HalfiyaAsbali
@HalfiyaAsbali 2 ай бұрын
dhuga rabbi nama waga sodoma adama kesa jirate ira DiGa jirani😢😢
@YesufAbduMahamad
@YesufAbduMahamad 3 ай бұрын
Wl Dhugadha ketii
@user-im6wm2cr6u
@user-im6wm2cr6u 3 ай бұрын
Niii.injjiffna.🎉🎉🎉.wobbottoo. Naffdhaqabbidaffii.pp.hawaasakkee
@مومنهابراهيم-ف7س
@مومنهابراهيم-ف7س 3 ай бұрын
Rabin diron kuffiissee abyi kufissuu nidanidda saree
@makiyamakiya5356
@makiyamakiya5356 3 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂🤲🤲🤲🤲
@shanangibe
@shanangibe 2 ай бұрын
qaata jammaree bar godina garaagaraatti fky jimmatti faa
@MomtaazKhaliil-pu3xl
@MomtaazKhaliil-pu3xl 3 ай бұрын
Ayiiiiiiiiii way anii Ethiopia 🇪🇹 tana jibbine jiraa
@abdigobe2996
@abdigobe2996 3 ай бұрын
Tuni amala faangasumma qabdi
@naimahussein418
@naimahussein418 3 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔☝️☝️
@hhi4562
@hhi4562 3 ай бұрын
Nuu jiradhuuu Lenchaa kenaa Abduu koo
@melber7957
@melber7957 3 ай бұрын
Abiy semeta yesefere ye 5 amet sefare kehone hegewet sefarewoch nachew
@AnasSharaf-di5we
@AnasSharaf-di5we 3 ай бұрын
Wly bayyee degara. Ilalcha Kee kan mee kessan na dubisii
@مومنهابراهيم-ف7س
@مومنهابراهيم-ف7س 3 ай бұрын
Qomicee
@BayiseNegese
@BayiseNegese 3 ай бұрын
Mee you dandesee naaf bilbilii koo
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 3 ай бұрын
biiyii kenyaa jiijiiramuu qabaa
@sggdghsgd4005
@sggdghsgd4005 3 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@Sabanbon1
@Sabanbon1 2 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@SiidaaBooruu
@SiidaaBooruu 3 ай бұрын
Dhugaa isiitii ni sobdee jettaa ati?
@أبوطلحة-ش3ف
@أبوطلحة-ش3ف 3 ай бұрын
PP ofuma isheti seraani ali jirti
@AbdiiBaalee-i4e
@AbdiiBaalee-i4e 2 ай бұрын
❤❤❤😂🎉🎉🎉😂😂😂😂😂
@zakiranwar-yq4pb
@zakiranwar-yq4pb 2 ай бұрын
Eee dhugaa jette mucattiin
@gaaddisadhugaaoromoo
@gaaddisadhugaaoromoo 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤jajjabaadhu Abduu jabaa koo
@moisse5646
@moisse5646 3 ай бұрын
PP is done , how about Abiy who lost his friends including Lama, Betty is simply guntu, sell out!
@GalanYasin
@GalanYasin 2 ай бұрын
Dhugaa jette jabaadhu❤❤❤❤
@AbyatarSeyoum
@AbyatarSeyoum 3 ай бұрын
Maali beektii tuni😂😂😂
@orotiktokshow7872
@orotiktokshow7872 3 ай бұрын
0:20 what is trying to say
@SumyyaTum
@SumyyaTum 3 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢
@NuredinEliyas-tj6xr
@NuredinEliyas-tj6xr 3 ай бұрын
አልታጋሬዜችም
@abbaajilo4363
@abbaajilo4363 3 ай бұрын
Dullatti Faradaa😂😂😂
@bilisumaahajjjelan7963
@bilisumaahajjjelan7963 3 ай бұрын
Lammoo koo 😭😭😭😭🖤🖤🖤
@MekkyaMusa
@MekkyaMusa 2 ай бұрын
Eyee lamaani magaresa jedhee jiraa maligonaa caraa oromo kanaa ta'uun namaa gadisisaa
@SamsungDuos-dl1qn
@SamsungDuos-dl1qn 3 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤😂
@bahirumamo9459
@bahirumamo9459 3 ай бұрын
Habeshadha jechudha.
@bilisumaahajjjelan7963
@bilisumaahajjjelan7963 3 ай бұрын
Dhugaa.keetii 👋
@rafimajama4279
@rafimajama4279 3 ай бұрын
Namiitin hin maratee
@GalanYasin
@GalanYasin 2 ай бұрын
Good job
@drseenaamusxafaa
@drseenaamusxafaa 3 ай бұрын
😂😂😂😂
@Saadha95-nj8qh
@Saadha95-nj8qh 2 ай бұрын
Dhugaa keee😢😢😢😢
@SUMAYAHUSSENArsii
@SUMAYAHUSSENArsii 2 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭
@kaanaansabaf
@kaanaansabaf 3 ай бұрын
Ijarsii serran alla sirri mitt
Офицер, я всё объясню
01:00
История одного вокалиста
Рет қаралды 5 МЛН
How Strong is Tin Foil? 💪
00:26
Preston
Рет қаралды 139 МЛН
How To Get Married:   #short
00:22
Jin and Hattie
Рет қаралды 25 МЛН
ዳኒ ዛሬም ለሷ ቦታ አለኝ አለ.እውነታው ወጣ😱😭😭
26:22
AB Tube አብርሽ ቱዪብ
Рет қаралды 71 М.
OMN Horn Odeessaalee Onkololeessa 3, 2024
56:11
OMN
Рет қаралды 3,4 М.
Himata nama ukkaamsuu irratti deebii ABO-WBO
41:05
OMN
Рет қаралды 13 М.
Офицер, я всё объясню
01:00
История одного вокалиста
Рет қаралды 5 МЛН