BIYYAAFUU Oromo Music by Adisu Kebede (Wabii)

  Рет қаралды 394,370

Barrikoo Entertainment

Barrikoo Entertainment

Күн бұрын

Пікірлер: 754
@dar810
@dar810 6 ай бұрын
Warrii akka koo Adisuu jalataa like 👍 ❤
@TarikuWagarii
@TarikuWagarii 5 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@KaddeIbrahim-rn5sr
@KaddeIbrahim-rn5sr 6 ай бұрын
Addisu Kenna qaxalee koo Baga nagahan nu dhufte hoji bareda qabate dhufte bar jabaa koo !! kesssatu ergan isaa wan aja'ibati nuuf jiradhuu
@wendimudebela2976
@wendimudebela2976 6 ай бұрын
Addisuu sagaleen kee adda. Afoola Oromoo, seenaa ,aadaa dagatame hedduu weelluu kanaan mul'ifteetta. Baqqoo,Saambee, saglan Iluu, akkasumas iddoowwan hawwata tuurizimii gurguddoo jiran keessaa finca'aa Soor mul'iseef keef galatoomi. Baga Milkoofte!
@Eshetubedellee-ph2ui
@Eshetubedellee-ph2ui 6 ай бұрын
bayyee namatii toolaa akkasumasii namatii toolaa olqaa yookkoo Ganda ayinoo gammoojjii itti dablii jabadhuu ittii fffuuuuiii
@LatiAlemuBekana
@LatiAlemuBekana 6 ай бұрын
Bayyee namatti tola🥰🥰🥰
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 6 ай бұрын
Ijoollee oromootuu dhufe lolli ammaachuuf deema Waw Sanyii Leencaa Baga nagaan nuuf deebite milkaawii ❤❤❤❤❤❤❤
@SaraaFanta
@SaraaFanta 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@SenaOfi-c3b
@SenaOfi-c3b 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@Taggist-rx6wr
@Taggist-rx6wr 6 ай бұрын
ዋው ዉቦች ስታምሩ 🥰🥰🥰🥰❤️❤️🥰🥰🥰🥰በጣም አሪፍ ስራ ነው የኦሮሞ ልጆች ሁሉም ነገር ሙሉ አርጎ ሳጣችሁ እግዚአብሔር ተመስገን 🙏🙏
@OroKush-rl1kb
@OroKush-rl1kb 6 ай бұрын
Addisuu jabaa keenya ulfaadhu hojii boonsaa hojjette qaalii namaa nuuf jiraadhu🥰🥰🥰
@AfyaAfy-c4x
@AfyaAfy-c4x Ай бұрын
W❤ow ❤w❤❤❤wo ❤❤❤❤❤
@tokumahordofa
@tokumahordofa 6 ай бұрын
akkas aartiin matum ishiifuu of taatuudha. gaafa ilmi oromoo akkasiin ofitti hirkatee waa jedhu Nan gammada buli abboo ❤
@sabonailuu215
@sabonailuu215 6 ай бұрын
Garmamu tolaa ijolee Gooticha Caalii shonee hunduu isinirraa tolaa 🎉🎉 king of king iluu abaa boraa 🎉🎉🎉❤❤❤
@AleeEliys
@AleeEliys 6 ай бұрын
🥰🥰🥰💪
@beranegizachw780
@beranegizachw780 6 ай бұрын
Baga nagan nu dhuftee hawin egachaa turee sirbaa ajibati waa hundumaa isatuu baredda ❤❤❤
@GadafaGabire-y2z
@GadafaGabire-y2z 4 ай бұрын
Goota sabaa jabaa koo❤❤❤❤❤❤❤❤
@kifilubuli7954
@kifilubuli7954 6 ай бұрын
Addisu Keenyaa qaxalee koo Baga nagaan nu dhufte !!!!!!!!!!!!!!
@GajoTilahun-nr1es
@GajoTilahun-nr1es 6 ай бұрын
Addeekoo Baayyee Bareeda Jabaadhu Brokoo
@ayanakebede-yu2xi
@ayanakebede-yu2xi 6 ай бұрын
Dorgomaa Aartii Addunyaa kan aartii sabaa madaalu! Galatoomi ❤❤❤❤
@dribakumsa9702
@dribakumsa9702 6 ай бұрын
First viewer 🎉❤
@AshenafiKifle-cb5cn
@AshenafiKifle-cb5cn 2 ай бұрын
dhufee maal hin ragaddu ❤❤❤❤
@Kotti-wk7xw
@Kotti-wk7xw 2 ай бұрын
Illuuu kooo❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️na barreeeduuuu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@kenotube-v1h
@kenotube-v1h 6 ай бұрын
❤❤❤❤ajaa'iba
@MimiiMimii-y3e
@MimiiMimii-y3e 4 ай бұрын
Amazing music iluu my favourites❤❤❤❤❤❤❤
@YosanBiyya
@YosanBiyya 5 ай бұрын
WB0❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@GutaTeshala
@GutaTeshala 6 ай бұрын
Wow 😲😲❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@Mychoose12
@Mychoose12 5 ай бұрын
Umrii dheeraa nuuf jiraadhu wow❤❤🎉🎉😮
@shaafiimomaanuur
@shaafiimomaanuur 6 ай бұрын
Wowo Adiisu welcome Baga nagaan nuufi dhufte
@tokkicha12
@tokkicha12 6 ай бұрын
Mucaan ajaayibatti sirba. Fayyaa ta'i Addisuu!
@yoomiilataa2599
@yoomiilataa2599 6 ай бұрын
I am first cament ❤
@fedawak
@fedawak 6 ай бұрын
wow wow you did it! Jabaadhu Addisuu
@UrgessaHirko
@UrgessaHirko 6 ай бұрын
Addis biravoo aadaa iluu keenyaa nu daawachiftee jirta. baga itti cabsite. goobas. itti cimii caalattii. si jaalata ormomoon martii.!!1!
@Usmantube-o5b
@Usmantube-o5b 6 ай бұрын
Wooooooow Baayyee namatti tola ❤❤❤❤❤❤❤❤ Very good thanks for music 🎶 🎵 👌
@AleeEliys
@AleeEliys 6 ай бұрын
Nuuf jiradhuu sanyii caalii❤
@MaleT-kv8ke
@MaleT-kv8ke 6 ай бұрын
Goota Oli adeemaa jabadhu hojii gaarii dha.
@fikadugutema556
@fikadugutema556 5 ай бұрын
Wow. Nuuf jiraadhu Sanyii koo. Gootatu hojii gootaa hima. Jabaadhu.
@WakgariFerede
@WakgariFerede 6 ай бұрын
Woow baga nagan dhufte bayye namatti tola dhugaa jaabadhuu🤘
@FaantuuYaamii
@FaantuuYaamii 6 ай бұрын
Wwwwwwwooo sirba Aja’ibaatti 👌👌🥰🥰
@AbabaAbram
@AbabaAbram 6 ай бұрын
Bro jabadhuu bayyee nattii tolee sirbbii kun dhagggeeffaadheen qufuu dhadhabee❤❤❤
@BirmachuuMargaa
@BirmachuuMargaa 6 ай бұрын
Jabadhuu leenca koo hojii bareedaa eshiii
@NIGUSEALEMU-ms4ug
@NIGUSEALEMU-ms4ug 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@AbdulkerimMusaofficial
@AbdulkerimMusaofficial 6 ай бұрын
❤wow best music amazing video dhugaa baayyee namatti tola ❤❤❤❤
@jawwarlaggasaailluukoo1594
@jawwarlaggasaailluukoo1594 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Abbaa_Daamaa12
@Abbaa_Daamaa12 6 ай бұрын
Wow amazing song. Good job. 👏👏👏👏 iyoo fardaa .... ijoollee oroomotu dhufe loli haamaacha jira. Jedhiin👍👍
@iccitiikooJesuskoodhaabdiiLafa
@iccitiikooJesuskoodhaabdiiLafa 6 ай бұрын
Baayeessa bareeda alii huufan keessaa gurbaa jabadhuu ❤
@BonsaWirtu
@BonsaWirtu 6 ай бұрын
Wooow namattii tola dhugaa jabduuuu
@Kokeorange
@Kokeorange 6 ай бұрын
Ijoolleen Iluu Abbaa boor akkas jabaadhaa. Walgargaaraa waldeggeraa.
@buno_multimedia
@buno_multimedia 6 ай бұрын
Adeee❤❤❤❤❤
@urjiiamboo5417
@urjiiamboo5417 6 ай бұрын
Wwwwwwwoooooo wan ofii koo Gotaa leencaaa oromoo jajadhuu Akumatii itti fufii jabaa leencaa oromoo ❤❤❤❤❤❤
@Kokeorange
@Kokeorange 6 ай бұрын
Addisu bareedaa dha. Galatoomi. Gara fulduraati kan caalaa ni hojjatta jadheen abdadha.jabaadhu.
@Snaap-f4o
@Snaap-f4o 6 ай бұрын
❤❤❤❤adisuuyee❤❤❤❤
@Minalu711
@Minalu711 6 ай бұрын
Mucaa biyyaa Koo jabaadhu🎉❤ Hojii Gaarii 💚🙏
@ZaraBh-sz6ct
@ZaraBh-sz6ct 6 ай бұрын
Ajaaiba kun immoo❤❤❤jabaadhu baay'e tola
@hashhashbasha3623
@hashhashbasha3623 6 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉❤❤.baga nagano dhufte ilu ho ko🎉🎉🎉
@cabdallaruuxaani3651
@cabdallaruuxaani3651 3 ай бұрын
Baayyee.aadaa.keenya.deebiste.mulliste.qaroko.❤❤❤❤❤❤❤❤
@CarcarMedia123
@CarcarMedia123 6 ай бұрын
Adisu Kebede ❤❤❤
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 6 ай бұрын
Jabaa dhuu saboonaa Bayee Baradaa💖🎶😍 Translate to somali
@habtamufikadu9965
@habtamufikadu9965 6 ай бұрын
Sagalee miidhagaan dilbii aadaa Oromoo kan Iluu keessatti kuufamee jiru sadarkaa isa madaaluun hojjechuu keetti galatoomi. Dhugumatti aadaan miidhagaan kun hanga yoonaatti akka isaaf malutti ifa hin baane. Hojii dhiyeenya kana waggoota 2 asitti hojjetamaa jiruun calaqqeen kuufama dilbii aadaa Oromoo naannoo Iluu-Buunnootti beekamu ifa baasuuf jalqabame waan gaariidha. Warra haala rakkisaa keessatti aadaa bareedaa kana ifa baasuuf dur irraa kaasee carraaqaa tureen galatoomaa jechuun fedha. Addisuu ati ammoo ammallee jabaadhu. Hojii gurguddaa gama muuziqaa Oromootiin sichi hojjetamuuf abdiin guddaan akka sirra jiru quba qabaadhu.
@endalkachewteferiligaba6687
@endalkachewteferiligaba6687 6 ай бұрын
I am proud of you!! Keep up the good job!!!!
@adaneshgabre8354
@adaneshgabre8354 6 ай бұрын
Sirba ajaa'ibati ❤❤
@urjiiamboo5417
@urjiiamboo5417 6 ай бұрын
Nuuf bulii humurii Aragesaa nuf jiiradhuu wan ofii koo ❤❤❤❤❤❤
@FiraolMekonnen-tv7hx
@FiraolMekonnen-tv7hx 6 ай бұрын
Wow foon haadhako waan ajaa'ibaati
@Gebre-t2b
@Gebre-t2b 3 ай бұрын
Qaali oromoodha Niue jiraadhu baay'ee so jaalanna
@sabaafentertainment6482
@sabaafentertainment6482 6 ай бұрын
Leencaa sagaleen kiloolee jabadhuu jabaa namaa
@daandiijootee579
@daandiijootee579 6 ай бұрын
I feel like you were made for this genre! Great song choice!❤
@MustefaGebo
@MustefaGebo 6 ай бұрын
Jabaadhu leenca kiyya ❤
@ZeniyaNuredin
@ZeniyaNuredin 6 ай бұрын
Wow jechaa hinqabuu jabadhuu qaxalee kenyaa milkayi hammayuu🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
@DabaleeWaaliin
@DabaleeWaaliin 6 ай бұрын
Jabaadhu jabaa nmaa🎤👌🎤👌
@kalidemuktar
@kalidemuktar 5 ай бұрын
ulfaa dhu jabadhu Jabba namaa
@WabiiDamise
@WabiiDamise 6 ай бұрын
Oro koo❤❤❤❤❤
@oromia583
@oromia583 6 ай бұрын
Sirbichii waan baay'ee if keessa qaba , garuu kana beeku hubata abbee ati galatoomi❤
@bedadadhufera9878
@bedadadhufera9878 6 ай бұрын
Baga milkoofte Addee, jabaadhu hojii bareedaadha!❤
@esayasmamo6052
@esayasmamo6052 6 ай бұрын
Addisu mucca abba gada gotta caallii shonee nuf jabadhu Adda ilu qabdu nufi muliste jabadhu
@HabtamuBusa
@HabtamuBusa 6 ай бұрын
Bayyee nuti tolee Jira bagaa nagaan nuf dhuftee sanyii firrisaa Abbaa waggaa welcom
@kenawakdiriba2638
@kenawakdiriba2638 6 ай бұрын
Good directing , good quality and good future keep up.
@SosinaDereje-g8d
@SosinaDereje-g8d 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤Teliyalik jibadhu
@abushhailu60
@abushhailu60 6 ай бұрын
Wowwwwww ♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@TarikuGirma-s3t
@TarikuGirma-s3t 6 ай бұрын
Wwww hojii ajaaibaati kun dhugaa Addee qaalii keenyaa sirba bareedaa kanaan akkas gootee Aadaa iluun qabddu Addunyaatti beksiisuu keetiif saba kanarraa kabajaaf galata guddaa qabdda❤❤❤❤❤
@AshebiruGdyjfehh4
@AshebiruGdyjfehh4 6 ай бұрын
Saboonuumaan kee siraa midhaagaa❤️
@GelanaTolera-rs2qk
@GelanaTolera-rs2qk 6 ай бұрын
itii mudii adekoo si fanaa jira yo miyuuu❤❤❤
@megersatadu9611
@megersatadu9611 6 ай бұрын
Wow horii nuuf bulii Addee keenya
@TofikMohammed-fp8rs
@TofikMohammed-fp8rs 6 ай бұрын
Baga itti cabsitee leencaa koo❤️💚❤️👏👏👏
@BereketBereket-e8i
@BereketBereket-e8i 6 ай бұрын
Push push 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 ijolee iluu jabaadha❤❤❤❤❤❤❤
@chalamergadewo8709
@chalamergadewo8709 6 ай бұрын
Bagaa milkoofte jabaa qaallii❤❤❤
@abdusamednura
@abdusamednura 6 ай бұрын
❤ waaaaaawooooooo Baga nagan dhuufte
@GeremewAlemu-hu7tu
@GeremewAlemu-hu7tu 6 ай бұрын
Ajaa'ibuma!!!! Wow wow
@amantikeneni
@amantikeneni 6 ай бұрын
Wow🥰🥰🥰👏👏👏👏👏 Hojii gaariidha, jabaadhu!
@DiGem-vv3vp
@DiGem-vv3vp 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤adisuu keenya baay'eema si jaallanna sagaleen kiiloleedha jabaadhu qaxalee keenya
@FakihaSiraj-po6zb
@FakihaSiraj-po6zb 6 ай бұрын
Woow❤❤❤🎉🎉
@Mesudmk
@Mesudmk 6 ай бұрын
Baayyee namatti tola jabaadhu.
@shunkiyabdulaa4971
@shunkiyabdulaa4971 6 ай бұрын
Wowo ❤❤❤❤❤❤ bayee takaa bareedu jabadhaa ❤❤❤❤
@Meronii-uw4ws
@Meronii-uw4ws 6 ай бұрын
Besti musiqa oromiya ko wora sikomado baye isini jaldha😢🥲❤️💚❤️✊️🫶🙌🤔🙌
@Meronii-uw4ws
@Meronii-uw4ws 6 ай бұрын
😢👏👏
@BoniTeg
@BoniTeg 6 ай бұрын
❤❤❤❤ Baga nagaan nu dhufte dhiira wahii
@HabtamuGadisa-t9n
@HabtamuGadisa-t9n 6 ай бұрын
wowww sirba baay'ee namaatti toluudha.
@NasriaJamal-h8q
@NasriaJamal-h8q 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉 waaaaaw qacelaa guurbaa
@DebelaMijena
@DebelaMijena 6 ай бұрын
Yeedaloon kan ummataa ta'us haalli itti sagaleessite dhugaa dubbachuuf adda Oromoon kan akka kee kana barbaada! Jabaadhu jabaa sabaa
@HanaGurme
@HanaGurme 6 ай бұрын
Hojii baredaa dha jabadhu qali ko naaf jiraadhuu ❤❤❤❤
@Snaap-f4o
@Snaap-f4o 6 ай бұрын
Uuufee adisuuyee damma koo❤❤❤❤❤
@OliTesfaye-kn3su
@OliTesfaye-kn3su 6 ай бұрын
Wow wow baayee bareeda!!!
@aida3aida3
@aida3aida3 6 ай бұрын
Walagakoooo❤❤❤❤
@FatiyaHussen-jl7lo
@FatiyaHussen-jl7lo 6 ай бұрын
Bagaa nagaan dhuftee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Keketube-vq5mw
@Keketube-vq5mw 6 ай бұрын
Ijollen oromoo derree kamiraattu nuboonsiti!! Baayyee midhagda dhugaa!!
@zinabuambisa7278
@zinabuambisa7278 6 ай бұрын
wow amazing sirbinaan akkasi!
@MarakbuMulu
@MarakbuMulu 6 ай бұрын
Wwwa ati lencaa oromti❤❤❤ 2:35 🎉
@NasirBurte
@NasirBurte 6 ай бұрын
Malo uttuun hiin qufin dhumee❤❤❤❤❤❤
@liben298
@liben298 6 ай бұрын
Baay'ee namati tola ❤❤❤
Keekiyyaa Badhaadhaa - ROOBAN 5 | *New Oromo Music 2024* (Official Video)
5:23
Keekiyyaa Badhaadhaa
Рет қаралды 1,7 МЛН
24 Часа в БОУЛИНГЕ !
27:03
A4
Рет қаралды 7 МЛН
Who is More Stupid? #tiktok #sigmagirl #funny
0:27
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 10 МЛН
Как Ходили родители в ШКОЛУ!
0:49
Family Box
Рет қаралды 2,3 МЛН
Adisu Kebede -Sillee Wayya-New Ethiopian Oromo Music 2022(Official Video)
5:27
Vision Entertainment
Рет қаралды 694 М.
Keol Negesa - AMMA - New Ethiopian Oromo Music 2025 (Official Music Video)
6:15
Caalaa Camadaa Oromo Music WALIIN
4:56
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 322 М.
WAA JIRTI Oromo Music by Eskindir Tamiru
6:40
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 2,1 МЛН
Non Stop Afaan Oromoo Music Hana Mohammad
29:41
Hanicho Oro
Рет қаралды 84 М.
Gameettii Oromo Music by Felmeta kebede
5:45
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 841 М.
Gajo Tilahun ELAA  New Oromo Music Video
4:54
Gajo Tilahun
Рет қаралды 1 МЛН
Nagaasaa Kumsaa - Mana Sadeen - ( Official Music Video )
6:02
Motessa Studio
Рет қаралды 742 М.
Rachu Entertainment new Ethiopian Afaan oromoo music - Bara Kee Chala safawo
5:44
WARRA MOOTII Oromo Music by ESKINDIR TAMIRU Ft BISHRIA BORSHA
5:30
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 245 М.
24 Часа в БОУЛИНГЕ !
27:03
A4
Рет қаралды 7 МЛН