Nagaasaa Kumsaa - Mana Sadeen - ( Official Music Video )

  Рет қаралды 585,491

Motessa Studio

Motessa Studio

Күн бұрын

Пікірлер: 918
@Hinsee-430
@Hinsee-430 2 ай бұрын
Kabajamoowwan koo Editing irratti yoo yaada qabaattan reply naaf godhaa Galatoomaa🙏
@gamteessaaentertainment3565
@gamteessaaentertainment3565 2 ай бұрын
jabadhuu jabduudha.
@QaroTesfae
@QaroTesfae 2 ай бұрын
Jabaadha sagaleen gurbaa immoo adda baqa ❤
@burtukanmulu9361
@burtukanmulu9361 2 ай бұрын
Wow ❤️
@shumemid
@shumemid 2 ай бұрын
quality sound xiqqoo nii korriisaa yeedaloo best walaaloo best
@AbdiGirma-43000
@AbdiGirma-43000 2 ай бұрын
akka dandeessu eenyu ragaa sif ba'a moo kormeekoo😍
@NuguseMan
@NuguseMan 2 ай бұрын
Wow ❤❤❤❤❤ Namnii akka kiyyatti artistii kana sagalee isaa jalaattan lakki godhii💯💯💯💯💯💯💯
@Anaadhufu-s5e
@Anaadhufu-s5e 2 ай бұрын
Mee namni isinitti tolee like itti roobssa asitti dhugaa sirbbaa annaaniin dhuffte itti roobsi like JABA OROMO 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
@DitaFuro-p5i
@DitaFuro-p5i 2 ай бұрын
Malii sii hoyaa ❤❤❤❤❤
@MotessaStudio
@MotessaStudio 2 ай бұрын
Maatiin keenya hundi keessan galatoomaaa waan nu jajjabeessitaniif
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 2 ай бұрын
Ammas jabaadha ❤
@adinaanbadiruuadinaan3321
@adinaanbadiruuadinaan3321 2 ай бұрын
Galataraaa nuf hafaa
@AbdelaShamsu
@AbdelaShamsu 2 ай бұрын
Jajjabaadhu sagaleen kee simbira muka irraa harcaasa dhugaa Sirbii kee bayyee Natti toleera
@datospora5770
@datospora5770 Ай бұрын
Baayyee baayyee baayyee namatti tola! Itti fufi. Walaloo Oromoo jechuun akkasi--gararraa ghajjallaa sagaleen jechootaa wal fakkaata, jalqabarrattis, gidduuttis, dhumarrattis.
@BushaHamsalu
@BushaHamsalu Ай бұрын
Erre sagallen ISSA Ba'ayee bareda dhugaa 1ffa
@TorbichaTube
@TorbichaTube 2 ай бұрын
Hojii kana warri jaalattan comment koo like tuqa❤❤
@TakeYigazu
@TakeYigazu 2 ай бұрын
Nagee hiin dandesaa dhuugaa sirritii kamiisaa hiin tolee sanbataa badeen SII dhufaa jetee gurbaa ❤❤❤❤❤
@WorkeyWorkey-x5u
@WorkeyWorkey-x5u 2 ай бұрын
Wow amazing 🎉 namanii akkaa koo sagalee welissa kanaa bay,e jalataan like 👍 itti robsaa ❤
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 2 ай бұрын
Waw Oromoo music at top Kamisa tollee sambata bariin siif dhufa ❤❤❤❤❤❤ ❤
@AbdallaaDawud
@AbdallaaDawud 2 ай бұрын
Dhagefatame Hin Qufamuu Jabaa Kenyaa Jabadhuu 💕♥️♥️❤️🎉🎉🎉🎉
@bayukebebe1143
@bayukebebe1143 2 ай бұрын
Sagaleen kee adduma mudoo tokko hin qabu jabaadhu waan guddaa sirraa eegna Galatoomi 👌👌👌
@jalenetadele4870
@jalenetadele4870 2 ай бұрын
Nice music and music vedio congrats
@Sifaanhaile
@Sifaanhaile Ай бұрын
Wwwwwwww sagalee qaaxaler ijoolee Oromoo Artin Oromoo akati guddate argun ko heeduu na gammachisaa dhugaa rabbii waareegamnii haacee dhaaloota xiiqqitii galcheraa😭😭😭😭 haacee ko Gumaan kee guyyaa tokkoo inuma baha dhaaloonni itti anus ta'u inuma guma kee baasa 😭😭
@MAMEE6485
@MAMEE6485 2 ай бұрын
Wawuu seirabaa ajibaa kilpi hin dubatamuuu oromo King love❤❤❤❤❤❤❤❤
@FikaduTsegaye-v1x
@FikaduTsegaye-v1x 2 ай бұрын
I have not idea about this music, it is best of best good proformas
@LaloTadesa
@LaloTadesa 2 ай бұрын
Sagaleen gurbichaa cal jedheetuma seena ❤ Jabaadhaa ijoolle❤️ Isin jaalatamtoota
@MatiRobaa
@MatiRobaa 2 ай бұрын
My Beautiful Brave Smart Kind Peaceful People Oromoo Koo May GOD Bless & Protect You From All Evil Eyes Amennnnnnn Amennnnnnnnnn Amennnnnn👏🏽👏🏽👏🏽❤️🌳❤️✊🏽✊🏽✊🏽
@oromtitiwbo5078
@oromtitiwbo5078 2 ай бұрын
Ameen😍😍😍🤲🏽🤲🏽🤲🏽
@Kenaa-z9w
@Kenaa-z9w 2 ай бұрын
Woww bayye namatti Tolaa hojii garri hojeete dhugaa 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Mallisha_Bk
@Mallisha_Bk 2 ай бұрын
I am from Poland I am respect oromoo songs 🎵
@fatinasser2782
@fatinasser2782 2 ай бұрын
Qomoo koo bayyee namtii tollaa nufii jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤hujjii garidhaa💯💯💯✅️✅️✅️✅️✅️🥰💋💋💋
@ZiyadKediro-k7z
@ZiyadKediro-k7z 2 ай бұрын
Wow❤💚❤️Jabaa Koo💪 ergaa ati narra fagate qophaa koo ta'ee na nyaranii❣️
@hey1232
@hey1232 2 ай бұрын
❤️🌳❤️👏🏽👏🏽👏🏽
@senaittt2356
@senaittt2356 Ай бұрын
Betam betam arif new gerum denek.musika new.we love ❤❤❤❤❤❤❤❤
@senaittt2356
@senaittt2356 Ай бұрын
Nice music betam arif new bereta wow wow ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AbdulbahrKamala
@AbdulbahrKamala Ай бұрын
WOW anii baayee.n jaladhee namani akka kotii jalatanii mee❤❤❤❤❤
@sisayasefa4450
@sisayasefa4450 2 ай бұрын
"Yaamana Sadeen" jecha jabaa . sirba jechaafi jedhamdhamnisaa bareedu!!
@NimonaOro-h6q
@NimonaOro-h6q 2 ай бұрын
❤❤❤❤Jabaadhu jabaa nama sagalee kee kiiroole kanan artii oromoof kana caala sirraa egaa❤
@Bontu-e1h
@Bontu-e1h 2 ай бұрын
Wow wow Amazing Nice. Music Congrats 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤ 💚❤️💪🏻💪🏻💪🏻
@NaziNas-g5v
@NaziNas-g5v Ай бұрын
Hojjettaniittu sirriitti jajjabaadhu waan ofiii keenya..!!❤❤
@laaliiseetujubbaa9659
@laaliiseetujubbaa9659 2 ай бұрын
Wow very naeci oromoo music I love it 🎶🎶😍😍😍😍😍😍
@rawadarawada7786
@rawadarawada7786 2 ай бұрын
Wwww amazing ❤🎉 jabadhuu oromoo.karaa Aarti qofaan mitii karuma hundan jabachuu qabna.yoo har'a jabane boruu waan dhuftee ofiraa qolana.ykn.akuma warra tigray Boden salphinaa tati
@SisayRegasa-h8m
@SisayRegasa-h8m 2 ай бұрын
Wow sagalee kee addumaa mudoo tokkolee hin qabuu jabaadhuu sanyii koo🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤🫶🫶
@barokketema1806
@barokketema1806 2 ай бұрын
Wowwwww... Ana qofadhaa garuu sagaleensaa taadalaa gammachuu kan natti fakkate
@GezuAshenafi
@GezuAshenafi 2 ай бұрын
Wawwwwww jalalaa naa qabsiftaa yaa gurbaa lakkii attii
@RedSultan-ys5xx
@RedSultan-ys5xx 2 ай бұрын
wantii hundinu baredaa / itti ansuun Rophilaa Salalee ya makodii vedion nuf ha dhiyatuu warrii jettan Like Tuqaa❤❤
@MotessaStudio
@MotessaStudio 2 ай бұрын
Torbee dhufutti eeggadhaa
@RedSultan-ys5xx
@RedSultan-ys5xx 2 ай бұрын
​@@MotessaStudiotolee wan ufi❤
@mjsyd3806
@mjsyd3806 2 ай бұрын
Wow qaxalee ilmaa jabiduu ❤❤❤❤ akkanaa sirtti hojatee
@Kotti-wk7xw
@Kotti-wk7xw 2 ай бұрын
Omg sagale kee bayyee baredaa ❤️❤️❤️❤️king ኦሮሞ ko🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@FuadAdem-bq4nb
@FuadAdem-bq4nb 2 ай бұрын
Welcome to the world
@Motii1
@Motii1 2 ай бұрын
Wow 👏Negasa kumsa baga milkofte 🔥motii Robale hinsee hd ijoolle qaqqaxalee kanaf garuu jechaatuu nama hanqataa gababumatti ammalle jabadha gara fulduratti waan gudda isinirra eegnaa 👏🙏❤️
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 ай бұрын
Jabaa dhuu Bayee Baradaa💖🎶😍🎉 🥰
@Aziza76-n4t
@Aziza76-n4t 2 ай бұрын
Anaa dhufu❤ Amazing music 🎶 🎵 oromoo artist 🥰🥰🥰🥰🎉❤
@AshetiHamesa
@AshetiHamesa 2 ай бұрын
Waw jaba kenya jabadhu jaba ija oromo jabadhu sanyi koo sirba bayye bareda❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Dfresh-tr8dh
@Dfresh-tr8dh Ай бұрын
Oh! Unique voice. Love it!!!!!
@EddelLegase
@EddelLegase 2 ай бұрын
Bayyee baredaa jabadhuu nufii jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@HawiMamud-tu9cu
@HawiMamud-tu9cu 2 ай бұрын
jajaabadhuu gotaa oromo dhugaa ituu esaabadee jechaa jiruu dhuftee🌹🌹
@dameetaaffasaaentertainmen5584
@dameetaaffasaaentertainmen5584 2 ай бұрын
Nagaasaa Hojii Ajaa'ibaati Ni dandeessa ❤👍
@حنانالزيلعي-خ5ه
@حنانالزيلعي-خ5ه 2 ай бұрын
Heduu naatii toolee dhugaa an isiin hoo❤❤❤❤
@YOMIFASEFA
@YOMIFASEFA 2 ай бұрын
Wow sii eggacha turre dhugga . ❤️❤️❤️❤️❤️
@AmeluAmelu-j3y
@AmeluAmelu-j3y 2 ай бұрын
Wow oromoo koo sanyii leencaa mucaa kana maaluma jedheenii maal dhiisa me joroolee maaloo jedhi jabaa koo jabaadhuu enyumtuu si hin gituu
@Arabu_kadir
@Arabu_kadir 2 ай бұрын
Good job ❤❤
@DEJENEKelbesa-h2s
@DEJENEKelbesa-h2s 2 ай бұрын
WOw it's nice music i love it
@gamteessaaentertainment3565
@gamteessaaentertainment3565 2 ай бұрын
comment and lake first one ☝️
@BadhaasaaObsee
@BadhaasaaObsee 2 ай бұрын
Wwwww Hojii bayyee baredaa jabadhuu lencaa sanyii leencaa nuuf jiradhuu waan ofii Koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MuazAbdu-yt7nw
@MuazAbdu-yt7nw 2 ай бұрын
Welcome to New music very wonderful music gotaa oromo👏👏
@mohammedAbadir-i8w
@mohammedAbadir-i8w Ай бұрын
WOOW Amazing music new
@milkientertain2022
@milkientertain2022 Ай бұрын
Waw great kumsaa keenya jabaadhu qaxalee ofii ❤❤❤❤
@KidestMekonnen-w9r
@KidestMekonnen-w9r 2 ай бұрын
Bayee bayyee garidha❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@ChalaBek
@ChalaBek 2 ай бұрын
Wow❤ baayee nutti tolte umurii nuuf dheeradhuu
@MuaazAhamad
@MuaazAhamad 2 ай бұрын
Amazing
@buzetaye5678
@buzetaye5678 2 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉 Namaatti tolaa sagalee gurbichaa dhugaa
@SomeOne-fv6cu
@SomeOne-fv6cu 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@AnoroDhaber-tube
@AnoroDhaber-tube 2 ай бұрын
Baga nagaan dhuftee bro kiyyaa milkaayun kee hedduu takka na gammachiisa. Ammas jabaadhu itti fufi
@abbaafuad2850
@abbaafuad2850 Ай бұрын
Wow baay,ee Tokko namatti tola.bro itti muddi sanyii Taadee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@BulaKuchu
@BulaKuchu 17 күн бұрын
Amazing.nice music,especially melody and quality of music including music composition
@MilkiiBaqqalaa-rw7sb
@MilkiiBaqqalaa-rw7sb 2 ай бұрын
Hajii baayee gurratti tolu baga dhufte nagee! Maatiin moteessa studio jabaadha!
@Seena-v2t
@Seena-v2t 2 ай бұрын
Wawwww jabadhaa bara hojii garii siinif hatahuu❤❤❤❤❤
@berisoalemu2511
@berisoalemu2511 2 ай бұрын
Hojii baay'ee bareedu .jabaadha itti fufa❤
@bikiladinka2781
@bikiladinka2781 2 ай бұрын
Well done! Ittii dhiita,ittis hima...!!!
@OfiiKooti4
@OfiiKooti4 22 күн бұрын
Ati nama jabaadha dhugaa jajjabaadhu
@MeseretKiya
@MeseretKiya 29 күн бұрын
WOW Amazing music ❤❤❤❤❤
@rebumamolla601
@rebumamolla601 2 ай бұрын
Great work. Jabaadhu leencicha
@AhmedEbrahim-k9c
@AhmedEbrahim-k9c Ай бұрын
Hoji dha ka, qabna jaba.❤
@Safiysafiyasfi
@Safiysafiyasfi 2 ай бұрын
Wel come biro wawu bayee namatin tolaa like godhafi jajabesaaoro koo🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🐯🐯🐯🐯🐯🐯🐯🐯💯💯💯💯💯💯💯💯💯🤪💯
@MilkoBekele
@MilkoBekele Ай бұрын
Wow hojii boonsaadha jabaadhuu sanyii kiyya!
@AbdoAhmed-gm8hz
@AbdoAhmed-gm8hz Ай бұрын
Sagale bareda kanan wallodhaf ira busi piles😂😂😂❤❤😊
@MuazAdem-e7k
@MuazAdem-e7k 2 ай бұрын
Woow amazing work bro keep it up
@HalaHala-q1l
@HalaHala-q1l Ай бұрын
jabadhaa hojiin kesaan heduu kan oromotaa !!!!!!!
@NagiGedaDadi
@NagiGedaDadi 26 күн бұрын
jabadhuu ❤❤❤❤🎉🎉🎉
@DastaTashom
@DastaTashom 6 күн бұрын
Nutii tolera wolalofi yedaloo isalee nufi jabadhu ❤❤❤❤❤❤
@abershi5171
@abershi5171 2 ай бұрын
Baga Naga dhuftee ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉jabaa keenyaa ❤❤❤
@bizuayehudaba7274
@bizuayehudaba7274 2 ай бұрын
Hanqinaa tokkollee hin qabu galatooma baay'ee Barreda....❤❤❤❤❤❤❤❤...
@yaredworkineh1831
@yaredworkineh1831 2 ай бұрын
Video Ajaa'ibaa🙏🙏🙏 Gara nu booressite Nagaasaa, galatoomi🙏
@JamboJambo-l5d
@JamboJambo-l5d 2 ай бұрын
Nuuf jiradha hundii keessanu issin jalatamtota ummata koo❤❤
@TesfayeDemissieF
@TesfayeDemissieF Ай бұрын
My favourite Salale -Promo song's
@SaraEhtiopia
@SaraEhtiopia 2 ай бұрын
Waww best music ❤❤❤
@HawiiKiyya
@HawiiKiyya Күн бұрын
Wow wow nagoo jabadhuu jabaa namaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MerryMerry-bn2bg
@MerryMerry-bn2bg Күн бұрын
jaba kenaa imaa sikomado nufi jabadhuu❤❤❤❤❤
@hey1232
@hey1232 2 ай бұрын
My Beautiful Oromiaa & Oromoos 🫶🏽🫶🏽🫶🏽❤️🌳❤️✊🏽✊🏽✊🏽
@RamseSanitary
@RamseSanitary 24 күн бұрын
Wwww bayee namaati tolaa sanyii koo baggaa milkooftee❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
@RehimaAhmed-i7x
@RehimaAhmed-i7x 2 ай бұрын
Dhugaa Baga itti dadhabde baayye gaariidha galatoomi 100/💯
@emabetwarqu1417
@emabetwarqu1417 2 ай бұрын
Wwwww bayyeeen baredduu qaliwwaan kooooooo
@zebuahmed-zebuuuuu
@zebuahmed-zebuuuuu 2 ай бұрын
@obseeshow9855
@obseeshow9855 2 ай бұрын
Wow oromoo koo ❤️❤️❤️🥰🥰❤️🙏
@dinmordinmor2799
@dinmordinmor2799 Ай бұрын
❤❤❤❤jabaa keenya
@zakirkhalil5074
@zakirkhalil5074 2 ай бұрын
Sirba bayee bareedaa Addaa Oromoo midhagase bayee galatoomi ❤❤❤❤❤❤
@gghhwoilyyaayale1461
@gghhwoilyyaayale1461 2 ай бұрын
Wow ❤❤❤🎉🎉🎉
@afranqallooentertainment
@afranqallooentertainment 2 ай бұрын
Wow, loved this music. You did it my hero.❤❤❤❤❤
@SolomonDadi-t8l
@SolomonDadi-t8l Ай бұрын
My king oro kooo wawuu Amazing music
@muktaararsii7543
@muktaararsii7543 2 ай бұрын
Anaa Dhufu Leenca koo Kodee Nagasaa Kumsaa 💥👌😘 xiyyiiti namaa akkatti sii jaaladhu moo👏💯
@TgKebede-sf2gc
@TgKebede-sf2gc Ай бұрын
Woow❤👍 sanyii koo nuuf jiraadhu
@AbdulhekimHusein
@AbdulhekimHusein 2 ай бұрын
Aboo ijoollee Oromoo tana maaluma goona ❤❤❤❤ brand brand as baatanii view 50m tahuu qaba
@beshadugosa4788
@beshadugosa4788 2 ай бұрын
Wwwww sirbaa bay, ee nama gamachisu❤❤❤❤❤
@lomidy7551
@lomidy7551 2 ай бұрын
God jobs 🎵🎵🔛🔥🔥🔥M & H Jaabadha 💪😍😍
@Hinsee-430
@Hinsee-430 2 ай бұрын
Lomisha
Sona Takele - WARRA BOOLEE - (Official Music  Video)
4:55
Motessa Studio
Рет қаралды 11 МЛН
Hoodie gets wicked makeover! 😲
00:47
Justin Flom
Рет қаралды 135 МЛН
How to Fight a Gross Man 😡
00:19
Alan Chikin Chow
Рет қаралды 14 МЛН
The Singing Challenge #joker #Harriet Quinn
00:35
佐助与鸣人
Рет қаралды 46 МЛН
ግሩም ትረካ ፀረ ሰላሙ ሰርግ ቤት ደራሲ አሌክስ አብርሃም
11:47
የአዘቦት ተረክ I yeazebote terek
Рет қаралды 32
Solomon Alemu | ACHI | New Afaan Oromo Gospel song (Official Music Video) 2024/2017
6:48
WAA JIRTI Oromo Music by Eskindir Tamiru
6:40
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 2 МЛН
SIMALEE TOO Oromo Music By Nasir Saladin
5:51
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 4,8 МЛН
Caalaa bultume yoosaan geetahun Andu'alam gosaa
17:47
Waliif Official
Рет қаралды 411 М.
Hoodie gets wicked makeover! 😲
00:47
Justin Flom
Рет қаралды 135 МЛН