Daa'ima kichuu kana akkasittii gal**f**n.Abbaan isaa maal jedha . Karaa deemaan haa galatoomu uf

  Рет қаралды 19,526

abdu mobilapp

abdu mobilapp

Күн бұрын

Пікірлер: 170
@SabaanBoon-i5v
@SabaanBoon-i5v 22 сағат бұрын
Ummanii biyyaa keessaa jiruu waa dubbaachu hin danda'uu, yoo dubbate ni du'a ykn ni ajjeefama
@vms3zeyro182
@vms3zeyro182 22 сағат бұрын
Umanii oromiiya nugubudan wallaahi hiidhadha Akkaa iliiman wallooti nuhiin gubiina😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 uuuuuuuuuuufu
@HananTube-ee2sx
@HananTube-ee2sx 4 сағат бұрын
Yaa Rabbi Biyaa Kenya Naga nuf godhi yaa Alah 😢😢😢😢uuuuuuuuuuffffffff
@tegesttegestgeet5606
@tegesttegestgeet5606 22 сағат бұрын
Gatiin ijaa ijuma! - Dhugumaa nuu gameeraa, Ifatti nuu game haalanii, Erga nama keenya, ‘Basmaam’ jechaa qalanii? Atis harka qabdaa, Haadus ogeessat tolchee, Toli jechaa qali, Maaltu si galchee!OROMOO OSOO DABAREEN SIN QAQQABIN KA'II MIRGA LUBBUUN JIRAACHUU KEETIF FALMADHU MAALOO....Oromoonis akkuma isaanii bineensa yoo itti ta'een ala, Garaa jabaatu malee abadan yoomuu hin kabajamu!Salalee koo namoota keenya Qofaa osoo hin tanee Horii keenyas Kuno akkasitti lubbuu baleessa jiruu Mallooo 😭😭😭😭
@AlemudinKasim
@AlemudinKasim 7 сағат бұрын
Baay'ee nama gaddisiisa Kuni beeka waan godhame jedhe yaada ummanni walitti bu'un mottumma angoosa dheeressaf kuni siyaasa beeka hojjatamedha ummanni gaafa nagaya dhabe xiyyeeffannon isaa nagaya malee mottumma miti.
@Makiya-hw8gc
@Makiya-hw8gc 22 сағат бұрын
Aaayyiiii yaa rabbii koo mee esaa haa dhadhuu kanii mulatee malee kanii hin mulatin meqaa jiraa yaa rabbii uuuuuufi wly aannaa munesaa Ganda heban dhuboo hebani laqichaa hebani jawwarraa kesatii waani tamaa jiruu meqaa jiraa yaa rabbii nuufi biramadhuu
@وردورد-ف9ح5ق
@وردورد-ف9ح5ق 10 сағат бұрын
Yaaa Alhaa umataa miskinaa garaa ufitituu nyatee hin qufiin 😢😢😢😢😢😢😢
@NafKoo-j6n
@NafKoo-j6n Сағат бұрын
Aduunyaa mana kiraa tattee kanaa irratti wanti akkaa kanaa bayyee namaa jibbsiisaa😢😢😢😢😢😢
@BiroDaribe
@BiroDaribe 22 сағат бұрын
Yoo rabbii ol annee ta'ee malee namnii hin jiruu 😢😢
@RaisKadir-d2s
@RaisKadir-d2s 22 сағат бұрын
Gaaran nuu guubatee wolahyii 😭😭😭
@adinaanidris2566
@adinaanidris2566 20 сағат бұрын
Roorroo Hammatte Ummataa bulchaa jiruu moo lafa bulchaa jiruu nama dhibaa 😢 Kana Garaa isaafi figuu malee. Kana Garagaarsa Ummataafi figuu hin jiruu😭 Dhukkubii Cunqursaa bara baranna hin turu , jibbii Cunqursaa garuu bara baraan jiraata 😭
@FuadFG-t1v
@FuadFG-t1v 14 сағат бұрын
Mootummaan itti iyyatan 0 dha. Ummanni qeerroon qabsoo itti Deebi'uu qaba. Akka kiyyatti
@abebaararsa8171
@abebaararsa8171 10 сағат бұрын
Billaa itti luqqifatan kun isaanifis qophaa'eera isa qalameef otoo hin taane isa billaan qaleef wayyoo guyyaan itti maalif kana gochuu miti maaliif kan yaade jedhee guyyaan gaabbiin itti ilkaan qaratan wawwaatan ni dhufaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@HamidaSiraj-k6h
@HamidaSiraj-k6h 21 сағат бұрын
Yaa rabbi guddatte ati dhugatti qalbin ilma nama dhaga irra jabata dhagan soda rabbitif bishaan baasa ilmi nama dhaga irra jabata rabbin hadhatif sabrii dhuma hin qabne sif haa kennu ani yero amma taahe baressa jiru imiman qabachu dadhabee😢
@RamadanAhmed-j4t
@RamadanAhmed-j4t 13 сағат бұрын
Ishiiiiiiish oromoon eeysa jirti maal rafti amma qofaamiti ammaan duraaw amhaarri mukatti mataa suuqanii 😢
@habtaamuuxiyyaa7469
@habtaamuuxiyyaa7469 7 сағат бұрын
Abdoo nama guba,waan itti himannus dubbannus dhabne! Wayyoo!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@StCell-oi4hp
@StCell-oi4hp 4 сағат бұрын
ereee umaattaa walikesaa jiruu akamitii akana ta,a garu yarabii dhifaamaa nugodhii namnii namaa osoo zarin kun afee malee nageeny hin buu tokumatuu biyaa basaa malee akanatii walfixuu taa
@ahmedibra2911
@ahmedibra2911 13 сағат бұрын
Anii kan na dhiibe sa nuti warana hin qabnuu Mali humnii Addaa oromiya eysaa kutee bas ha gonuu Abbaa dhabutu kana cufa nu mudee Addaa bilisumaa oromiyati harraam hakananu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@MuniraKalefa
@MuniraKalefa 13 сағат бұрын
Yarbi malumatu umata kenya tolaa😢💔
@Jamiladha
@Jamiladha 13 сағат бұрын
Kalee harmaa muraaf harkaa muran dhageenne hardha bara mootumma maqaa oromoo himatu angoo irra jiruu kokee muraa argine booda maltuu akka dhufuu itti yaddu nuu barbachisa Akkan jedhee hacceen dinnii oromoo hardhas dinna boruus diinna argitani mittii 😭😭😭 kana Calla jabadhuu. worroota angoof jecha Ummata fixxaru itti hima qofa iyyanif dudaa gurii hin dhagahu Yaa carraa Ummata oromoo???!!
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw 22 сағат бұрын
Dhugaa ketii wolahii umataa kenyaa rabii haa birmatuu ishallaa 😢😢😢😢😢😢
@AhmedSaid-w3c
@AhmedSaid-w3c 21 сағат бұрын
Abduu nudhsi nunarsin Ajesaa jii ti himii umata Haree
@هدوءنفس
@هدوءنفس 9 сағат бұрын
Yaa Rabbii ammaa gayee nuu birmadhuu yaa Allaha 😭 😭 😭 😭 😭 💔💔
@Rabiraarabiraa-g5d
@Rabiraarabiraa-g5d Сағат бұрын
Wayoo yaa saba
@HawwaHawwa-ji1um
@HawwaHawwa-ji1um 20 сағат бұрын
Yaa ummata oromoo kana tokkummaan kaate mootummaa ofirraa fonqolcha mana taa'anii hima du'aaran yoo gabbanee du'anii hiriira sambanii yoo rabbin namaa birmatee ofirraa jirtan wayya kana mootummaadha godina arsii baaccee keessatti arsii godina arsii keessaa baay'ee uummanni rakkoo cimaa keessa jira baay'ee tokko miidhamaa jira sagalee dhabee uummanni
@YasribAbabiyaa
@YasribAbabiyaa 22 сағат бұрын
Uuuuuuuuuuuuuffffffff garan nuu gubatee yaa rabbii koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔☝️
@RabiaAbdo-n1i
@RabiaAbdo-n1i 13 сағат бұрын
Hidhadha Yaa oromoo bohaaa hin oluu dhiadhaa 😢😢😢😢😢
@MinteDassie
@MinteDassie 22 сағат бұрын
Malo ya waqayo birmadhu himiman harmota haqi 😭😭😭😭😭😭😭
@MonirAhmed-d4l
@MonirAhmed-d4l 19 сағат бұрын
Yaa Rabbii Fuurmataa nuuf fiddii
@MohamedBahaar-ym4yp
@MohamedBahaar-ym4yp 22 сағат бұрын
waan akkanna garaa nama laalleessuu argee hin beekku oromoo riyyaa😂😂😂😂😂😂😂 nuttiss gahee kenyaa bahuu qabna
@miraas5208
@miraas5208 3 сағат бұрын
Waqayyoo ararraa satii nutii yaa araramuu
@hibakind123
@hibakind123 3 сағат бұрын
Uuuuuuuuuuuu yarabii nuu birmadhuu
@oromiaoromo6356
@oromiaoromo6356 9 сағат бұрын
Maaluma nuu woyya gubannee maaluma taana aaaaaaaa uuuuuuuf oromoo koo
@user-im6wm2cr6u
@user-im6wm2cr6u 22 сағат бұрын
Abdu.dhumne.nuufiyyaa.warimidiya.kanaqofatumulate.malee.hedudhaa.kanakanaa.nufiyaa
@obseeshow9855
@obseeshow9855 22 сағат бұрын
Yaa abdu kenyaa Mali godhu jira gubachu malee 😢😢😢 😢sila biyyaa tenyaa Abba hin qabdu
@RabiaAbdo-n1i
@RabiaAbdo-n1i 13 сағат бұрын
Yaa rabbii furmataa fidi 😢😢😢
@MT_marsi
@MT_marsi 22 сағат бұрын
❤❤ abduu Kenya nuuf jiraadhuu
@DinkaAmesa
@DinkaAmesa 8 сағат бұрын
Wal keessa jiirachuutu kana fidee nuu keessa haa batuu
@thurinshfujairah2127
@thurinshfujairah2127 22 сағат бұрын
Ayii roromoo Koo 😢😢🖤🖤🖤🖤🖤😭😭😭😭💔💔💔💔
@Tiyyaa.oromoo
@Tiyyaa.oromoo 22 сағат бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 ufiiiii ufiiiii oromoo koo 😢😢😢
@ااا-ي1خ5ر
@ااا-ي1خ5ر 30 минут бұрын
Ufii garani nuu gubaatee maali gonaa ree
@RahimaMuhammad-f1b
@RahimaMuhammad-f1b 12 сағат бұрын
😢😢😢
@GennoAbda-bx8wf
@GennoAbda-bx8wf 22 сағат бұрын
Uuuuuuuu yaa rabbi koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@AyanaaJiraata
@AyanaaJiraata 22 сағат бұрын
Amma mali wayya mali gochu qabbna akkamti akksti jirachuni dadamma? Oromoni akkamti amhara wajni jirachuni dadamma?
@Almeeto
@Almeeto 12 сағат бұрын
Dhugga,keettii,abdu😢😢😢😢😢😢😢😢
@HamidaSiraj-k6h
@HamidaSiraj-k6h 21 сағат бұрын
Gara waa dahe akam haa taahu 😢
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 21 сағат бұрын
Pp dhaa kani dubba jiruu ☝️😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@sabontuoromo3996
@sabontuoromo3996 22 сағат бұрын
Gubbane 😭😭😭
@markshawn6967
@markshawn6967 16 сағат бұрын
Oromo got rid of abiy and pp. No more opdo
@Meskerem-oz5oh
@Meskerem-oz5oh 6 сағат бұрын
💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭
@AdanechiGutaa
@AdanechiGutaa 12 сағат бұрын
Uuuffu mala malagoona 😢😢😢😢😢
@JamalMahmad-v9r
@JamalMahmad-v9r 22 сағат бұрын
Abichu abba mala kenya. Jacha warri ture.
@KerimaTuna
@KerimaTuna 17 сағат бұрын
💔💔
@Tasi-su9dq
@Tasi-su9dq 22 сағат бұрын
😢😢😮😮😮
@RifatUddin-m9w
@RifatUddin-m9w 21 сағат бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@hdrhhrhrthhdhrfhhf1690
@hdrhhrhrthhdhrfhhf1690 5 сағат бұрын
Uuuuufff 😢😢😢
@IbrahimMuhamed-nk8tt
@IbrahimMuhamed-nk8tt 15 сағат бұрын
Yaaa rabbii
@abdiitajuu4875
@abdiitajuu4875 22 сағат бұрын
😢😢😢😢 😢😢😢😢
@Samsunga13-o6e
@Samsunga13-o6e 19 сағат бұрын
Yaa Rabbii 😢😢😢😢😢
@فهدالرويسقيمنق
@فهدالرويسقيمنق 14 сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@جيتي-ه4ه
@جيتي-ه4ه 21 сағат бұрын
Uuuuuuuuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@makiyamakiya5356
@makiyamakiya5356 22 сағат бұрын
❤❤😢😢😢😭😭😔
@SaalliiMaamannuur-e5i
@SaalliiMaamannuur-e5i 22 сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@Eyman-m3j
@Eyman-m3j 22 сағат бұрын
😢
@KerimaTuna
@KerimaTuna 17 сағат бұрын
Motumaan mal fayyada jira sila ka biyya takka bulchuu hin dandene
@CabdiraxamanNuuradiin
@CabdiraxamanNuuradiin 5 сағат бұрын
Jiba😮😮😢
@HuHg-t1v
@HuHg-t1v 22 сағат бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢
@gghhwoilyyaayale1461
@gghhwoilyyaayale1461 11 сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️
@DamozeejorooH
@DamozeejorooH 6 сағат бұрын
Uuuuuuu ffff 😢😢😢😢😢😢
@AmalMohammad-c2g
@AmalMohammad-c2g 6 сағат бұрын
Wayyyyyyyyyooo😢😢😢😢😢😢😢😢
@massidejencee4094
@massidejencee4094 22 сағат бұрын
Uuuuuufffi 😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏
@MohammadMohammad-bk3cl
@MohammadMohammad-bk3cl 11 сағат бұрын
UUUUUUffffff😢😢😢😢😢😭😭😭😭🙏🙏
@AsuAsu-f3l
@AsuAsu-f3l 6 сағат бұрын
Erga abiyi biya fudhate eyutu naga argate yero malisi bulcha ture carra lubun jiratu qaba ummani kenya amma miniliki lammafa dhufe
@Maream-d9z
@Maream-d9z 10 сағат бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢uuuuuufffffffff😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@HawaBashir-b7z
@HawaBashir-b7z 15 сағат бұрын
uuuuuuuufffffffff💔💔💔💔🖤🖤🖤🖤😭😭🙏
@KwtKwt-qt2ft
@KwtKwt-qt2ft 22 сағат бұрын
😭😭😭😭😭
@sggadt7819
@sggadt7819 5 сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️☝️☝️
@markshawn6967
@markshawn6967 16 сағат бұрын
Abiy armed fano! Abiy will go if you fight opdo!
@KamaalHuseen-o6n
@KamaalHuseen-o6n 21 сағат бұрын
Uuuuuuuu😂😂😂😂😂
@FamiiAbdala-d2r
@FamiiAbdala-d2r Сағат бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@RtyRty-e3c
@RtyRty-e3c 8 сағат бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@BdJjd-v9w
@BdJjd-v9w 22 сағат бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😅😅
@ranirak3042
@ranirak3042 5 сағат бұрын
Uuuf😭😭😭
@Jamiladha
@Jamiladha 13 сағат бұрын
Abdu anaf gaffii mootummaf ummani oromoo gocha kana Calla jiraf rafara moo??
@Sabboontu-t4v
@Sabboontu-t4v 22 сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭
@SiifMAmiin
@SiifMAmiin 22 сағат бұрын
😢😢😢😢😢
@royalshow4881
@royalshow4881 4 сағат бұрын
Oromoon ofumaaf of miidhe qeesii isaanii jalatti sagadaa birrii irratti naqaa ani hammataadha ja ee orma of jalatti guuree qubsiisee akkasuma gara laafummaatu oromoo ajjeese miidhe gara laafummaan oromoo Kunis silaa hanga ykn daangaa wasana qabaatee bareedadha biyyuma keenya dhufanii nurratti duroomani si ajjeesu kan isaan duroomses oromuma suuqii ofii oromoon akka isaa qabu lagatee Jara irraa bitataa isaan guddisa
@familyoro6275
@familyoro6275 20 сағат бұрын
Uuuuf 😢😢😢😢😢
@Amanaa109
@Amanaa109 21 сағат бұрын
Saba booyaa oolu saba kanamalee hingarre ani oromoomalee ummanni salaaleekuni Amaarri isaankessa hedduujiraa ka,ollaa isaaniijiru gadibahanii maafhinqalle boyaahin oolinaa gizeehunda
@TegestTsfay
@TegestTsfay 21 сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭 salalee kooo
@hawahunter2211
@hawahunter2211 22 сағат бұрын
True
@الي-ت1ز
@الي-ت1ز 4 сағат бұрын
Uuuufffffff
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 5 сағат бұрын
yaaaRabbi nuubirmadhu
@Asnaasna-m3h
@Asnaasna-m3h 7 сағат бұрын
fanno tufi ummata oromoo argisisa jirti garuu motumman calisa
@nasmawadi413
@nasmawadi413 22 сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔🖤🖤🖤🖤🖤🖤
@JfDhf-k8w
@JfDhf-k8w 22 сағат бұрын
Uuuuuuuuuuu maltumalaa
@BulleBariiArguufBulleBariiArgu
@BulleBariiArguufBulleBariiArgu 21 сағат бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@AdinanAbdusalam4
@AdinanAbdusalam4 21 сағат бұрын
😂😂😂
@mariyqmmariyqmmari2498
@mariyqmmariyqmmari2498 11 сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔🤲🤲
@Warqituu-j8g
@Warqituu-j8g 4 сағат бұрын
Uuuuuuuuuffffffffffff
Noodles Eating Challenge, So Magical! So Much Fun#Funnyfamily #Partygames #Funny
00:33
Кто круче, как думаешь?
00:44
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 5 МЛН
БУ, ИСПУГАЛСЯ?? #shorts
00:22
Паша Осадчий
Рет қаралды 2,8 МЛН
ሐረግ ( ክፍል 21)
43:08
ለዛ
Рет қаралды 69 М.
አፍላ ፍቅር 77 - School life /ስኩል ላይፍ/
49:42
Liyu cinema
Рет қаралды 82 М.
OMN Horn Odeessaalee Sadaasa 21, 2024
1:05:32
OMN
Рет қаралды 3,9 М.
OMN   ODUU  SADAASA 21, 2024
30:54
OMN
Рет қаралды 7 М.
Harka Namaa mu***ii akka uleetti horiin oofan🛑...
12:01
abdu mobilapp
Рет қаралды 24 М.
Noodles Eating Challenge, So Magical! So Much Fun#Funnyfamily #Partygames #Funny
00:33