🔴Dr Abiy Galma kiiloo4 Gadhiisuufi Raaj/Masarat Taye Waan Ajaa'ibaa godhan

  Рет қаралды 194,916

CHRISTIAN MEDIA

CHRISTIAN MEDIA

2 жыл бұрын

Odeeffannoowwan Kiristaanummaa Argachuuf Subscribe, Like,Comment,Share taasisaa #Christianmedia #ChristianMediatalkshow #Faarfannaa #OduuChristianMedia
የተወደዳችሁ ተመልካቾቻችን ሁሌም ትኩስ እና እውነተኛ አዳድስ መረጃ እንድደርሳችሁ ዩቲዩባችንን Subscribe አድርጉ።
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbeta #Dawitmorka #Bikilakebede #Solomonadugna #Bilisekeresa #kefamideksa #Mesfingutu #Oromomusic #Ethiomusic #Oromofilms #Habeshafilms #Yadenimerga #Faaruuchristianmedia #Egereemedia #Wakjiratube #Jawarmohamed #Omn #Top5StunningEthiopianArtistsByRank #Mezmurtube #EthiopianChriatianmedia #Ortodoxmezmur #Protestantmezmur #Yonatanaklilu #Marsiltv #CJTV #Betheltv #Moaatv #Araratv #Christarmytv #Pressenctv #Pressenctube #Eyuchufa #Mesfinbeshu #Meserettaye #Gemechisdesta #Leadstarcollage #Ethiopianprophets #Oromogospelsong #MaramawitAbate #Ethiopianews #Gelanagaromsa #Hachaluhundesa #FryatYemane#ethiopianmovie #Addisalem #ZerituKebede #DanaitMekbeb #waziworld #mikishow #senseletdrama #SaronAyelign #HuluDaily #FryatYemene #Seifufantahun #seifufantahunonebs #Ashurka #ashruka #ashrukaamharic #ethiopianewmusic #hopeentertainment #ashrukachannel #ethiopianartist #ethiopiancomedy #ebs #ashrukamedia #Akukulu #nahooTv #Nahoo #ethiopia #ethiopian #addisneger #diretube #DrAbiy #Ahmed #Abiy #አብይአህመድ #ህውሃት #መቀሌ #SeifuonEBS #Seifufantahun #NewEthiopianMusic #tigrignamusic #ebstv #JTVEthiopia #HopeMusicEthiopia #AbyssinyaVine #ZEMENTV #SundayWithEBS #LTVWorld #MinewShewaTube #ADMASMUSIC #EBS #Amharictube #FanaTelevision #Ethiopia #EthiopianTV #EBC #betoch #comedy #ethiopiancomedy #sitcom #betochcomedy

Пікірлер: 117
@tadessedegefa-uo5oq
@tadessedegefa-uo5oq 11 күн бұрын
waaqaayyoo foon batamuu fi lubbuu rebbaamuu jalaa nu yaa baraaruu ,ulfiini isaas nuuf yaa dabaaluu.ameen.waaqaayyoo sagaalee motummaa ce'umsaa irraa gara motummaa mototaa gurguddootti nu yaa araaraamuu ammaa bara baraattii ameen.akkasumaas iddaa hin cinnee dhaloota Eegeree boruuf yaa latuu.teessoo bu'uuraa inni xiqiin jedhee sanaa karaa ajaajaa isaa fi gama mucaa isaa jaallatamaan irraa yaa geenyuu ykn barree barsiisuun motummaa isaa nu yaa dhalchiisuu.fkn raajaa isaayyaa,daani'eelii raajotaa keessaa isan duraa.waaqayyoo nagaan bobbaasee waliin nu baasee walumaan nu yaa galchuu ameen.
@gfghffhj9379
@gfghffhj9379 2 жыл бұрын
Biyaa kenyaafii akkaa R//Masaratii nufii haa Bayaatuu❤❤❤👏👏👏
@fordosadanech5309
@fordosadanech5309 2 жыл бұрын
Waaqayyoo namaa akkaa rajii masarti nuufi haa bayesuu ebifamaa
@fordosadanech5309
@fordosadanech5309 2 жыл бұрын
Safuu iyesusi qofaa kanii karaa jirenyaa namatii argasisuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@BEGNABIRANU
@BEGNABIRANU Ай бұрын
Jabaadha❤
@fordosadanech5309
@fordosadanech5309 2 жыл бұрын
Waaqayyoo goftaa bayyii fi. motumaa keenyafi hararafi nagaa isaa haa bayisuu
@BEGNABIRANU
@BEGNABIRANU Ай бұрын
Jabaadha
@fenetabdisa9968
@fenetabdisa9968 2 жыл бұрын
yaa waaqayyoo ati nama si kabajuuf nama saba jaalatu nuuf kaasi gooftaa koo😭😭😭😭😭
@SenaGemechu-yv4yb
@SenaGemechu-yv4yb Ай бұрын
Eebbifamaa
@tigstarebuu4429
@tigstarebuu4429 Жыл бұрын
Ameen Ameen uufeeeeeee goftaa koo Isiin haa ebissuu dachaaan matii waqaayoo ameeen isinilee Bagaa gessaan
@DloaDola
@DloaDola 2 ай бұрын
Waqayon siin haa ebbisu raji masarat nuf jiradhaa dhugaa
@caltuadune2203
@caltuadune2203 2 жыл бұрын
Ebifama waqayoo goftani bara fii jirenya kesani ya Ebisuu🙏🙏🙏
@dagnefikadu1560
@dagnefikadu1560 2 жыл бұрын
Waaqxi lafaaf samii uume hubannaa Isaa Saba Isaaf haa baay'isu! ♥️!!
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 жыл бұрын
Baga nagaan dhuftaan eebbifamaa
@aseefaasee7265
@aseefaasee7265 2 жыл бұрын
Uuuufeeee gooftaan isiin haa ebbisuu liqeessaa malee hin liqeefatin
@filaanootoleraa
@filaanootoleraa 2 күн бұрын
Waqqayoo guddaaissin haebbisuuu
@bekaabera5462
@bekaabera5462 2 жыл бұрын
muki abbaan keenya hn dhaabne ammaalle haa buqqa'uu!!!
@user-jf6dd1hr1n
@user-jf6dd1hr1n Жыл бұрын
Amen amen Abbaa akoo sin yaa ebbisuu ebbifama a🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏✝️✝️✝️✝️✝️✝️
@hfhrxgtryhjjjg9805
@hfhrxgtryhjjjg9805 Жыл бұрын
Waqqaayyoo baraa keessaan hiyebbiisuu
@guddiseetolesaa9775
@guddiseetolesaa9775 2 жыл бұрын
Waaqayyoo dhugaa haa godhuu kaa
@obseesanyiihacaluuhundessa6475
@obseesanyiihacaluuhundessa6475 2 жыл бұрын
Ebifamaa
@pashdupashdu959
@pashdupashdu959 Жыл бұрын
Malii xiqoo wali kesa hin fudhinaka walisayuu walalee Anoo motumaa birasi kenyasi waluma kesa himituumoo 🥺🥺💘
@askaledukesa3749
@askaledukesa3749 2 жыл бұрын
Rajjii masaret nufi jiradhaa
@obseereggaasaa6622
@obseereggaasaa6622 Жыл бұрын
Eebbiiiffammmaa kenyaa jabadhuu
@peireshoumi4358
@peireshoumi4358 2 жыл бұрын
Ebbifamii goftaa sihaa ebbisuu
@samirasamira9355
@samirasamira9355 2 жыл бұрын
Nagaan isinif hatahu Matti waqayyo ebbifama maqaa yesusin 🙏🙏🙏🙏🙏
@lalisegiddisa1603
@lalisegiddisa1603 2 жыл бұрын
Ameen Siifiis Nagaan haa Ta'u
@planscoll187
@planscoll187 10 ай бұрын
Kabaa jamaafi jalamaa nama Waqayyoo masaratii Tayyee Waqayyoo waqnii jirataa Baraa jirenyaa kee haa ebisuu ebifamii ebaa haafra,am ebaa isiyaqii ebaa yaqobii 📖🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 2 жыл бұрын
Ebbifama ebbifama
@gizawakalu5325
@gizawakalu5325 5 ай бұрын
ewnet newu raajjii meserat
@diribeecahaa2478
@diribeecahaa2478 2 жыл бұрын
❤❤ameeeeeeeeeeeeen ebifami ❤❤❤❤❤
@user-fw7jz8ko9o
@user-fw7jz8ko9o 5 ай бұрын
Eebbifami raji kenyaa ayanaan kana caluu isinif haa kenamuu
@sifaanalmaliki4873
@sifaanalmaliki4873 7 ай бұрын
Waqayyoo baraafi jireenya keessaani ebisuu ebifama
@kuwaitkuw2973
@kuwaitkuw2973 Жыл бұрын
Wwwwwwwwwwooo Ebbiiffama
@birtukanfelekaa5925
@birtukanfelekaa5925 2 жыл бұрын
Galatomaa!! dhugaa issiin ha dubbisuu gooftaan
@chireechiree9358
@chireechiree9358 2 жыл бұрын
Amen waqayyo isin ha ebisuu
@metidhaabaa9613
@metidhaabaa9613 Жыл бұрын
Ebbifmaa dachaa Dachaa🙏
@DawitDegefu-im9kh
@DawitDegefu-im9kh 7 ай бұрын
Yebarkachu
@hawwiiyoutube5256
@hawwiiyoutube5256 2 жыл бұрын
Waqayoo kanii aka raajii masaret nuf haa bayisuu
@ehetefita9665
@ehetefita9665 2 жыл бұрын
atilee eebbifami daha dacha
@mrmrm2723
@mrmrm2723 Жыл бұрын
Amen Amen Amen
@sifansifan7314
@sifansifan7314 2 жыл бұрын
Ameen ebbifamii
@smartsix4121
@smartsix4121 2 жыл бұрын
Ameeeeeeen ameeeeeeen ebifama 🙏🙏🙏🙏🙏♥️ ♥️♥️♥️
@keritudeka9004
@keritudeka9004 Жыл бұрын
Ebbifami
@ZinashAsefa
@ZinashAsefa 7 ай бұрын
Raajii Masarat waaqayyo isaan haa eebbisu
@yusufmohammed1672
@yusufmohammed1672 2 жыл бұрын
Wwwwww
@elshaadayi125
@elshaadayi125 2 жыл бұрын
Ebbifaama dachadhan
@martausha1191
@martausha1191 2 жыл бұрын
Jabdhaa itii fufaa
@warkedinka6480
@warkedinka6480 2 жыл бұрын
namiicha Nayijweriyaa kana Raajii gara R/Masaraat Taayyee fidaame irraa haa baratu.
@ChristianMedia1
@ChristianMedia1 2 жыл бұрын
Dhugaa kee jette🤣🤣🤣
@filaanootoleraa
@filaanootoleraa 2 күн бұрын
Hubaanaa isinifhaakenuu
@kiyyaailluu7482
@kiyyaailluu7482 2 жыл бұрын
Waaqayyo biyya keenyaf nama dhugaa nuuf haa kasuu waaqayyo nama qaba
@biyenshemamo8330
@biyenshemamo8330 2 жыл бұрын
Ameeeeen,ameeeen,ebbifamaa,dhugaa,dhaa
@takeleamenu4000
@takeleamenu4000 2 жыл бұрын
Eebbifamaa!
@sugarsugar5936
@sugarsugar5936 2 жыл бұрын
Safuu yaa waqayyoo dhalonii karaa walalee janj'a garaa saa dukaa bu'ee Warii Ergaa gurgudaf dinqisisaa kaan nu biran ga'aa jirtaan Ebifamaa gudassaa
@hanaramad
@hanaramad 2 ай бұрын
Amen🙏🙏🙏🤲🤲📖📖
@GANNATG-iw6mw
@GANNATG-iw6mw Жыл бұрын
Waaqayyoof hindand'ama
@waqayooabdikotii4966
@waqayooabdikotii4966 2 жыл бұрын
Ebifamaaa
@haawiilovee8368
@haawiilovee8368 2 жыл бұрын
Ebbifaam
@vgvg1838
@vgvg1838 Жыл бұрын
Sobduuu
@zalaqasheyaaaap7685
@zalaqasheyaaaap7685 2 жыл бұрын
Waqayo sa ebisuu
@caatituucaatituu2829
@caatituucaatituu2829 2 жыл бұрын
Ameeeee Ameeeee Ameeeee Ameeeee
@bonstowariyodehko1648
@bonstowariyodehko1648 2 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen ebbifama
@peireshoumi4358
@peireshoumi4358 2 жыл бұрын
Ammeeen ammeeen ammeeen
@geleanarki450
@geleanarki450 2 жыл бұрын
EbifamawaqayyooIsinaEbisuu
@lalisebiraanu2226
@lalisebiraanu2226 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ebbifama Ebbifama Ebbifama
@TadaluTad-qy5rj
@TadaluTad-qy5rj Жыл бұрын
Thank you
@user-zt4kv8cw5p
@user-zt4kv8cw5p 7 ай бұрын
Ulfaadha
@tolawaaqteessoo6161
@tolawaaqteessoo6161 2 жыл бұрын
ebifaama
@hadhaako
@hadhaako Жыл бұрын
Waaqayyoo motummaa sobaa Nuraa ha kasuu Nuraa Abiyii eddee dhufee maltuu nu toleraa
@oromtitiintalaaamboo1283
@oromtitiintalaaamboo1283 2 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen ebbifamaa
@destafikadu2421
@destafikadu2421 2 жыл бұрын
Gooftaan isin haa eebbisuu isin birri guddaa deegarsa gootan garuu warri biyya jireenya fooya'a keessa jiratan maali yoo danuu deeggaran
@derejesima4882
@derejesima4882 2 жыл бұрын
Yoh <a href="#" class="seekto" data-time="616">10:16</a>, Isa<a href="#" class="seekto" data-time="3368">56:8</a>, 6<a href="#" class="seekto" data-time="378">6:18</a>-19,his<a href="#" class="seekto" data-time="2063">34:23</a>
@chaltubulula1776
@chaltubulula1776 2 жыл бұрын
bara kana wqy nura ya dabarsu ufeeee
@wallaga19
@wallaga19 2 жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@galanemasri2781
@galanemasri2781 2 жыл бұрын
yaa waqaayyo sif kan tahuu naf kasii
@gfhj2889
@gfhj2889 2 жыл бұрын
Karaniis dhuganiis jirenyiis karaa goftaa kenyaa fayyiisaa kenyaa iyesuus kiiristosiin qofadhaa
@mababa6556
@mababa6556 6 ай бұрын
Amen!!!!!!!!!!!!
@workihikoo634
@workihikoo634 8 ай бұрын
Wow. Ameen. Ameen❤❤❤❤❤😊
@birkobirko835
@birkobirko835 2 жыл бұрын
AmeeenAmeeenAmeeen ebiifamaaEbiifamaa 🥰👉💞💖💖💚❤️ dachaa@dachaa@dachaa sadii@dhugumaa🥰👏💚💔♥️
@mababa6556
@mababa6556 8 ай бұрын
Amen!!!!!
@samueldagabasa3642
@samueldagabasa3642 Жыл бұрын
Isinis gragaramaa harkaa waaqayyon
@adisubedasa2894
@adisubedasa2894 2 жыл бұрын
Harkaa Qaleeyiin ittii haa galaan
@JafarAbdu-wi6ip
@JafarAbdu-wi6ip 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@bizuudxb-gf2fp
@bizuudxb-gf2fp Жыл бұрын
AmeenAmeen.Abbaaakoo.sin..yaaEbbisuu
@GenetQueen
@GenetQueen 6 ай бұрын
🤲🤲🤲
@alamiicatuu2027
@alamiicatuu2027 Жыл бұрын
Ameeeeeeen Ameeeeeeenebifami❤❤❤🎉🎉🎉🙏🙏🙏🙏
@missalfiya27
@missalfiya27 Жыл бұрын
Hi
@dammadaamuuyoutube
@dammadaamuuyoutube 2 жыл бұрын
Hundumtuu daldalaaf maqaa kiristaanummaan uummata burjaajessaa jira malee dhugaaf kan dhaabatu hinjiru.Dhuguma yoo dhugaan isin keessa jiraate dhugaa wangeellaa irra dhaabannee walitti haa himnu.Dhuguma raajiin bara kana lafarra jiraa?kan jedhu gaaffiikooti.Namni kana deebisu yoo jiraate dhugaa qabatee jiru sanaan as haa bahu.
@acinapchbabebo1472
@acinapchbabebo1472 2 жыл бұрын
Asinpch
@destainoro1112
@destainoro1112 2 жыл бұрын
Eebifamaa
@acinapchbabebo1472
@acinapchbabebo1472 2 жыл бұрын
❤️
@tesfayebanti5221
@tesfayebanti5221 6 ай бұрын
Ameen Ameeeeen
@jamilajamila5388
@jamilajamila5388 2 жыл бұрын
💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
@vgvg1838
@vgvg1838 Жыл бұрын
Faandooo
@user-kb2jt7bw1f
@user-kb2jt7bw1f 10 ай бұрын
Tahuus qaba galmi mootummaa ixophiyaa galma garee dhuunfaa fi abbaa irree leellistoota wayyaanefi naafxanyaati galma masaara mootummaa Oromoo ibsuu ilmii oromoo ijaaruu qaba
@debelagemechu3119
@debelagemechu3119 2 жыл бұрын
ni turee
@galotech3127
@galotech3127 2 жыл бұрын
Joshua jechuun isaa yesus jechudha moo isaa najeradha namanana
@ChristianMedia1
@ChristianMedia1 2 жыл бұрын
Joshua isa Naygeriyaatti fakkeessine Hojii fi tajaajilli isaanii Baayee waan wal fakkaatuuf!👍
@faantuuinjiguu9182
@faantuuinjiguu9182 Жыл бұрын
@@ChristianMedia1 maqaan kees joshua dha miti hikni isaa malii dhaa nuuf himi moo yohaanis jechuu dha bro
@alicell9759
@alicell9759 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@selamawitgulumaa4669
@selamawitgulumaa4669 11 ай бұрын
❤❤❤❤
@user-wk2tr5gr1r
@user-wk2tr5gr1r 8 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@pickyblander8207
@pickyblander8207 Жыл бұрын
kijiba Maaf 4Kilo Gadi Dhiisa Kijiba
@ChristianMedia1
@ChristianMedia1 Жыл бұрын
Ati miidiyaarraa fagoo jirta😂😂😂 Reefu Dhageessaayii Ijaarsisaayyuu jalqabeera
@dinka5423
@dinka5423 Жыл бұрын
Kanbori hinhafemoo jira ?
@ChristianMedia1
@ChristianMedia1 Жыл бұрын
Jira
@adanutube9219
@adanutube9219 2 жыл бұрын
Ameen Ameen ebbifamaa💓💓💓💓📖✍️❤️❤️❤️💘💔💖💔💯🙏🙏🙏🙏
Gym belt !! 😂😂  @kauermotta
00:10
Tibo InShape
Рет қаралды 18 МЛН
EGEREE COMEDY: KOFIN / SIRNAKKOO EP 12
29:06
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 265 М.
Gym belt !! 😂😂  @kauermotta
00:10
Tibo InShape
Рет қаралды 18 МЛН