No video

Simannaa Addaa Namoota Waaqayyoof Magaalaa Dubaayitti Ta’e!

  Рет қаралды 162,929

ARARA TV WORLD WIDE

ARARA TV WORLD WIDE

Жыл бұрын

#ARARA_TV_WORLD_WIDE #SUBSCRIBE
VIDEO haaraa gadhiisnu hiriyyootaafi maatii keessan bira akka ga'uuf,
Share, 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄 godhaatii ittiin Eebbifamaa. Galatoomaa!
𝗖𝗹𝗶𝗰𝗸 𝗧𝗵𝗶𝘀 𝗟𝗶𝗻𝗸:- 👉👉bit.ly/39pb69q
SUBSCRIBE TO
OUR YOU TUBE CHANNEL ARARA TV WORLD WIDE SERVICE BY PROPHET MESERET TAYE
UNAUTHORIZED DISTRIBUTION AND RE UPLOAD OF THIS CONTENT IS STRICTLY PROHIBITED

Пікірлер: 400
@araratvworldwide
@araratvworldwide Жыл бұрын
VIDEO haaraa gadhiisnu hiriyyootaafi maatii keessan bira akka ga'uuf, Share, 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄 godhaatii ittiin Eebbifamaa. Galatoomaa! Subscribe to our You Tube channel and partake the blessings. Share this videos to your friends and families. Hit the bell button and follow our newly released videos. Thank you! ይህንን ዮትዩብ subscribe በማድረግና የህንን ቪዲዮ ለወዳጅ ዘመደው በማጋራት የበረከቱ ተካፋይ ስለ ሆኑ፣ እናመሰግናለን! ሌሎች አዳዲስ ቪዲዮች በሚለቀቁበት ጊዜ ወዲያውኑ እንዲደርሰዎት፤ የደወል ምልክቷን ይጫኑ!
@thewodrosmedhanit3761
@thewodrosmedhanit3761 Жыл бұрын
Full video for the below song? Mee nuuf diriirsikaa harka kee, Barruu Kee isa madaa qabuu Jaalalaan guutuudhawo seerri kee Hiyyeessi si harkaa galaan dhabuu Daddarbannaaf ceephoon halagaa Hin ga'aa koottu nurraa kaasii, Isa jidha dhabee coolligee Mul'ata keenyas dhugaa baasii.
@yetnayethailu5615
@yetnayethailu5615 Ай бұрын
Please Addis Sbaba yet church new ye miyagelegelew ? Please address
@ebisaasfaw
@ebisaasfaw Жыл бұрын
Thank you Dubai community for such a warm welcoming to Prophet Meseret Taye and his spritual Son Prophet Zekarias Wondimu.
@yebetesebchewata
@yebetesebchewata Жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/eqrbl5WMg71-fMU
@elsaasweet2904
@elsaasweet2904 Жыл бұрын
Welcome welcome welcome 👏👏👏👏👏👏👏👏wooooowwwww si wadachuu geta yibarkachuu ye አግዚአብሔር sawoch ታባራኩ 🥰🥰🥰😘😘😘 iyen yadereg geta kibrun yiwusad kibir hulu la geta hihun🙏🙏🙏🙏🙏🙏😘😘
@tigisteshetutigisteshetu174
@tigisteshetutigisteshetu174 Жыл бұрын
Ameen bagaan nagan dhuftan bayye kesi ko gamadera ❤️ garumo dhufufi nafin mijanee me asuman nufile kadhadhaa namaa waqayo
@dandichatop25
@dandichatop25 Жыл бұрын
youtube koo subscribe na godhi
@ebbaa
@ebbaa Жыл бұрын
የሀገራችን አገልጋዮች ከዚህ ብዙ መማር አለባቸው አብዛኞቹ ብቻቸውን ለመታየት ይጥራሉ .....ስለሁለታችሁ ጌታን አመሰግናለሁ ።
@andyt3046
@andyt3046 Жыл бұрын
Praise GOD! All the Glory belongs to the Almighty! Prophet Meseret & prophet zeki May GOD bless you abundantly!
@orotube44
@orotube44 Жыл бұрын
Baga nagaan dhuftani mattii gooftaa heddu nama gammachiisa hojiin waaqayyoo keenyaa galata isaa waan hunduma keessa isinii dabarsee asiin isinii gaanee 🥰🥰
@tsigebungul2150
@tsigebungul2150 Жыл бұрын
Wowwwww geta eyesus kezihm belayi enate yikibir yingasi amennn
@lydiamekonen2631
@lydiamekonen2631 Жыл бұрын
Dess yemil akebabel new. All glory to God Almighty. 🙏
@elemareda3065
@elemareda3065 Жыл бұрын
Ameeeni Ameeeni Ameeeni Ameeeni Ebbifam. Ebifamaa
@tsiyon9115
@tsiyon9115 Жыл бұрын
Amen Amen bags nagaan nuf dhuftani carra kana argachu keenya tti baayye gammadera waaqayyof galanni dachaan haa tahu ☝📖📚📚📖❤❤❤❤📚📖
@mesk9621
@mesk9621 Жыл бұрын
Wow Welcome bagaa nagan nufi dhuftanii matii waqayyoo 😍😍😍😍
@jifare4782
@jifare4782 Жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ebbiifamaa nama waqayyoo
@hawiadugna2992
@hawiadugna2992 Жыл бұрын
Woow baga Waqayyoo isiinis gargaree nagaadhan dhuftaani jalaatoof jabaamtoota ergaamoota Waqayyoo ulffaadhu Abbaa koo yesus 🙏🙏🙏❤❤❤❤💯💯💯
@godislove6054
@godislove6054 Жыл бұрын
Wowww wowwww waaqayyoo sinni haa ebbisu namota waaqayyoo❤❤❤❤
@masarettesuwara1451
@masarettesuwara1451 Жыл бұрын
Ameen ebbiifam dachaa dachaa ❤️❤️❤️
@mamitugeleta3752
@mamitugeleta3752 Жыл бұрын
Wow baay'ee namati tola saba waaqayyo duba'iti argamtan simannaa ho'a hojjeetoota waaqayyoof gotanif waaqayyo gooftaan maccaa bara fi jireenya keessan haa eebbisu eebbifama!
@dandichatop25
@dandichatop25 Жыл бұрын
KZbin koo susbcribe naaf godhi mami
@hawwiikennaalove5724
@hawwiikennaalove5724 Жыл бұрын
Well Come Well Come gootaa Waangeelaa keenyaa Baga naan nuudhuftaanii Uiuuufffeeeeeeeeeee Baay'ee Nama Gammachiisuutuu nuuf jiraadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@yadanigetachoo8230
@yadanigetachoo8230 Жыл бұрын
Wowwwwwww baga nagan magala dubai galtanii nama waqayyoo 👏👏👏💖💖📖📖📖📖
@holiessynagogueministry3339
@holiessynagogueministry3339 Жыл бұрын
Gods general Prophet meseret taye, go ahead until the end of your mission. You're genuine prophet of God.God bless you!!
@latifalatifa1954
@latifalatifa1954 Жыл бұрын
🌷🌷🌷🌷🌷🤲🤲
@marthadolly4466
@marthadolly4466 Жыл бұрын
ስለናተ ለመናገረ ቃል የለኝም በጣም እወዳችኋለሁ ተባረኩ ዘመናችሁ በክብር ይደምደም
@Tahaye460
@Tahaye460 Жыл бұрын
Amen meane amene amene amene amene amene amene amene amene tabaraku geta zamanachini yibarikacho Saga yicamarilacho 🤝🤝🤝
@yebetesebchewata
@yebetesebchewata Жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/eqrbl5WMg71-fMU
@hawwiimucaakakuu4123
@hawwiimucaakakuu4123 Жыл бұрын
Wowow gooftaa koo Galataa haa fudhatuu dhugaa uuuffffeee uuuffffeee uuuffffeee uuuuuufffeeee uuuuuufffeeee ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen haleluyaa haleluyaa haleluyaa haleluyaa haleluyaa haleluyaa haleluyaa haleluyaa haleluyaa haleluyaa haleluyaa haleluyaa haleluyaa 👏👏👏👏👏👏👏
@lelodadhi5813
@lelodadhi5813 Жыл бұрын
uuuuuuuuffff waqayyoo koo Lubbuuukoo amenamen👆👆👆👆🙏🙏🙏🙏🙏🙌🙌🙌🔥☝☝☝💐💐💐
@FatumaKh
@FatumaKh 2 ай бұрын
Ameeeen Ebbiifamaa dacha dachan mana waqayyoo
@beautifulangel2423
@beautifulangel2423 Жыл бұрын
✝❤️👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏ሁለት ጃይንት የእግዚአብሔር ሰዎች!!!! ሁለቱም ዓይናቸው እየሱስ ላይ ብቻ ነው They influence the Nation & the entire world soon!!!! እየሱስ ክርስቶስ ጌታ ነው♥
@selamtube6038
@selamtube6038 Жыл бұрын
Ebbiffamaa nama waqayyoo dachaan 🙏🙏🙏❤❤❤👑👑👑
@sofiaqasim7694
@sofiaqasim7694 Жыл бұрын
Nama waqayyo kabbajee enyu salpisaa
@meserettaganu5348
@meserettaganu5348 Жыл бұрын
Wwwwwwwwwwwwwwwwwww galanii waqayyoo. Fii haa ta,uu eebbifama eebifamaa. Namataa waqayyoo eebbifama 💗💓🙏💗💗💓❤️💗💓❤️💗🙏🙏🙏
@askuumicooiyasuuuuuuus6085As
@askuumicooiyasuuuuuuus6085As Жыл бұрын
ameeeeeeen ameeeeeeen ebbifamaa dachaa dachaadhani 😍😍😍😍😍😍😍😍
@hawwiikookoo1120
@hawwiikookoo1120 Жыл бұрын
Ebbifamaa maqaa iyesusiin Amen Amen Amen
@user-ih7yz8po3k
@user-ih7yz8po3k Жыл бұрын
Uuuuuuuffffffffeeeee Gooftaan sin gargaare haa Eebbifamu jaallatamoota keenyas Haalleluyaa 💒📚🌍🙏🙏❤️❤️🥰🥰🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️❤️🙏🙏💯💯❤️ gana addunyaa hundumaatti wangeellaa labsituu inni sin waame yesus amanamaadha haalleeluyaa Bagumaa gammaddaan warrii Dubai 👏👏🥰🥰🙏🙏💯👏👏🇪🇹🌿🌿🔥🔥👍🌹🌹 nu inaafsiftaan mmoo males😁❤️
@metii5816
@metii5816 Жыл бұрын
Infan naa ajese anni muslima walayi garuu kesiikoo heduu yesus jalata🥺😭rajii masserat argee waa'ee koo yesus maali akka jedhu barun barbada akkuman yesus jaladhu naa jalata lataa innis uffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@user-ih7yz8po3k
@user-ih7yz8po3k Жыл бұрын
@@metii5816 wwwwawwooo Inno baayee si jaallataa haadhookoo jaallalisaa gamma fannoottidham kuni mmoo odu mittii rawwatee nu argiseeseera jaallalasa har'aa duwwaa mitti yeroo hundumaa si jaallataa ❤️❤️💯Lafumaa jirtuuttii amani.keessa keetti fudhadhu nagaafi boqonnaa siif kennaa siif danda'amaa taanani ammoo Oslo deemteyyuu bareedadha waaqayyoo sii hiikuf Jaallalasan gara kee dhufee
@metii5816
@metii5816 Жыл бұрын
@@user-ih7yz8po3k 😭😭😭osoo Europa dhufani abba mana koo dhokadhe naani demaa walayi gafaa abban mana koo mana ba'uu guyya raa iyyuu cufa fi rajii masseret fi farfatota yadesa shiri fi adisu wayima dhagefadha Gafaan isaan dhaga'uu yeroo hundaa naani bo'aa kirstoos imiman koo kana hin argaa jedhe man amana 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@user-ih7yz8po3k
@user-ih7yz8po3k Жыл бұрын
@@metii5816 Waaqayyoo guyyaa siif fidaa dhugaa waaqayyoottii maaltu beekaa tarrii isaan dhufuu dandahuu isaa hawwiteef dheebote mmoo guyyaa tokko hinumaa argaata ammallee dhugaa garaan kee ergaa kristoosti boqotee IJA kee irraa kaafatiin sababinsaayyuu hojiin waaqayyoi dinqiidha karaa gara kee dhufuu him beektuu akkasumaa mmoo silkii isaan fudhateellee kadhachiifachuu dandeessa irreen fayyisuu waaqayyoo achumaattu siif dhufaa atii amantii qabanani.haadhookoo jabaadhu guyyan waaqayyoo jiraa biraan him hafiin dhugumaa araariifi jaallali yesuus nama boosisaam❤️❤️🙏🙏👏 Waaqayyoo bara kee haa eebbisuu
@metii5816
@metii5816 Жыл бұрын
@@user-ih7yz8po3k maaloo dhisii mee heduu ulfaata abban mana koo heduu cimadha amanti saati Dhi'oo kana heduu kaleen naa dhukube sani bodaa rajii masseret yeroo saan zayti raati kadhatan annis mana koo ta'ee zayti sani irra tii ameen jedhe amantin ofii tii diba'adhe sani bodaa guyya tokko bodaa fayaman ofii argee sani bodaa abba mana koo maluma tuu sii fayisee jedhe naa gafanan bishanuma dhugen fayye jedhen dhosee Akkimi demee guyya meqa debii dhabee iyesus birra garuu debii argadhe garuu dhuga'uu ba'uu hin dandenye nama tokko tii hin himne garuu immo iyesusin dhosee glatefadhera heduu ulfaata dhosati jiraachun 😭😭😭😭😭😭😭
@ephremdeseaofficial163
@ephremdeseaofficial163 Жыл бұрын
Waaqayyo isinii wajjin haa ta'u! #Ameen
@mariamahmed9924
@mariamahmed9924 Жыл бұрын
Welcome baga nagaan dhufitan ameen ebifama 🤝🤝👏👏👏👏👏👏🌹🌹🌹
@almanalfrp7271
@almanalfrp7271 Жыл бұрын
Ameeen Ameeen ebifama uuuuuffffeee ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚💚❤️💚❤️💚❤️
@adanemagersa8384
@adanemagersa8384 Жыл бұрын
Well done 👍 gooftaan isan haa gargaaru ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@qabbanneashuukalo134
@qabbanneashuukalo134 Жыл бұрын
Ameeeenx3 Ebbi waaqayyoo Achiiti ta'a jiru Anaafis haa ta'u maqaa yesusin
@latifalatifa1954
@latifalatifa1954 Жыл бұрын
📖📖🙏🙏🙏
@liyu266
@liyu266 Жыл бұрын
This is so cool. It is laudable decision that Prophet Meseret has started overseas mission in this way. We look forward to see you soon in North America. God bless you, your family and ministry abundantly!
@yebetesebchewata
@yebetesebchewata Жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/eqrbl5WMg71-fMU
@diribeedabalaa2302
@diribeedabalaa2302 Жыл бұрын
Uuuuuuuffffffee kaa namaa waqaayyoo baga Nagaan dhuftaani ebbifamaa 🤲🤲🤲🤲🤲👏👏👏👏👏👏
@kumekumekume445
@kumekumekume445 Жыл бұрын
Ameeeeeen ameeeen ebbifamaa bagaa nagaan dhuftaan
@emabit3582
@emabit3582 Жыл бұрын
Wel come Baay'ee namaa gamachisaa Ebbifamaa waqayyoo baraa kessaa Maatii keessaan haa Ebbisuu
@mistukanaa9754
@mistukanaa9754 Жыл бұрын
Wowowo wellcome to dubai.goftaan isiinii haa ebisuu 👍👍🙏🙏
@mariamaria3151
@mariamaria3151 Жыл бұрын
Ameeen ameeen Ebbifamaa Ebbifamaa 📖📖💓💓💓📚📚💔💔🙏🙏🙏
@kulleeaddunyaa7010
@kulleeaddunyaa7010 Жыл бұрын
Wow baay'ee namaati toltuu eebbifamaa 😍❤️ .
@hancalegalati2163
@hancalegalati2163 Жыл бұрын
Ameeen ameeen Ameen ebifama dacha ebifama 📖📖🙏🏽🙏🏽🙏🏽💕💕💕
@dinqiturafisa4184
@dinqiturafisa4184 Жыл бұрын
Wowowo uuuffeee bagaa nagaan dhuftaan Namoota waaqayoo
@galoocawwaqa1620
@galoocawwaqa1620 Жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftanii mattii Gooftaa ebbifaamaa ebbifamaa dachaa diribii Ayaanii waqaayoo kanumaa calaa isiinfi haa baay'atuu sabbaa kakkuu ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏
@asterbirhanu5101
@asterbirhanu5101 Жыл бұрын
Wooow Amazing EBBIFFAMAA
@laliseeoromiya7532
@laliseeoromiya7532 Жыл бұрын
Uuuuuufffeee Eebbifamma 😍😍😍♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@obsejesus7382
@obsejesus7382 Жыл бұрын
Welcome bagaa nagaa dhuftan Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen
@shumbeetunaaa
@shumbeetunaaa Жыл бұрын
Lubuu koo sabcryb naa godhii
@amartimulugeta9411
@amartimulugeta9411 Жыл бұрын
Nama waaqayyo kabaje eenyuutu hin kabajuu!!!!❤🧡💛💛💚💚❤❤❤🧡
@beetlemtaddasa4138
@beetlemtaddasa4138 Жыл бұрын
Uufffffeeeeeee baga waqayyoo nagaan issin fidee
@sabarinaatamasgen6768
@sabarinaatamasgen6768 Жыл бұрын
Eebbiifimaa eebbiifimaa dachaa namaa Waqaayyoo eebbifamaa dachaa maqaa yesuusin
@hayyuumedia976
@hayyuumedia976 Жыл бұрын
That's Awesome Well Come!
@abaaba1950
@abaaba1950 Жыл бұрын
Ameeeen Eebbifamaaaa dacha Dachaa dacha Eebbifamaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏
@shumbeetunaaa
@shumbeetunaaa Жыл бұрын
Lubuu koo atisii matii nafii tayii sabcryb naa godhaa
@jituuchannel5360
@jituuchannel5360 Жыл бұрын
Wow well come to ebbifamaa 🥰🥰🥺 caraa kanaa asaa jiradhe dhabuu kiyyaati bay'een gaddaa 😭😭
@meseretsarah6044
@meseretsarah6044 Жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ebbifamaa Waqqayyo Goftaan siin haa Ebbisuu Ebbifamaa
@danaaldana3182
@danaaldana3182 Жыл бұрын
Wow ebbifama 👍🙏🥰🥰🥰
@waqayooabdikotii4966
@waqayooabdikotii4966 Жыл бұрын
Bagaa nagaa dhuftanii namaa Waaqayyo
@amaanueelusmaan3231
@amaanueelusmaan3231 Жыл бұрын
Waaqayyo kana caalaa adduyyaa hunduma irra isin haa naannessu. Ameen jettuu isin!
@diribtasfe4047
@diribtasfe4047 Жыл бұрын
Wooooow uuuuffffeee amamuma namma mararuu dhuga ayani waqayyo siniffana haa tauuga bagasi nagani dhuffutani jedhera
@user-yj8of3qc4p
@user-yj8of3qc4p Жыл бұрын
Uuuuuuffiii Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa eeebbifamaa 📘🎷🎻🎧🎻📘
@emudebela759
@emudebela759 Жыл бұрын
አበትሲታምሩደሰ ይላል
@biyyakeenyayaddugooftaadar5161
@biyyakeenyayaddugooftaadar5161 Жыл бұрын
Ameen amen
@wgdgsiifan1003
@wgdgsiifan1003 Жыл бұрын
Ameen Eebbifamaa 💖💖❤️
@abashabash4949
@abashabash4949 Жыл бұрын
Baga nagan dhuftan nama waaqayyo welcome Dubai
@genetamsalu5070
@genetamsalu5070 Жыл бұрын
Waaqayyoo ijoollee isaa haa eebbisu
@lomiirko4544
@lomiirko4544 Жыл бұрын
Wooooowwww waqqayyoo siin haa ebbiisuu dacha drachma ameeeeeen
@maniti139
@maniti139 Жыл бұрын
woooooooow baagga naagadhan dhuffittenii waappayoo sssiinii haa ebbisu naamoota waapaayoo bbayee sinni jjalaadhaa
@hanadirisa7002
@hanadirisa7002 Жыл бұрын
Wooooowww bayy.ee nama tolaa 🙏🙏🙏
@arashtigist2174
@arashtigist2174 Жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen eebifaamaa
@burtukangebire1332
@burtukangebire1332 Жыл бұрын
Wawwwwwww kibir ligzabher yhun iysus lzelalem ygetochu hulu getanew haleluya biysusim tebareku Tsegawn yabzalachu betam des bilonal
@yebetesebchewata
@yebetesebchewata Жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/eqrbl5WMg71-fMU
@bashatuubashat3082
@bashatuubashat3082 Жыл бұрын
Waaaawwwoo ebbiiffammaa ❤❤❤
@alamithuk59
@alamithuk59 Жыл бұрын
Welcom baga nagahin dhuftani namota waqayoo
@sabotuumucaaoromookwt336
@sabotuumucaaoromookwt336 Жыл бұрын
Wowowowoww Ebbiffamaa Ebbiffama ❤❤❤❤❤❤❤
@ayantugm8529
@ayantugm8529 Жыл бұрын
Wwwwwwwooooo bayyee namati tolaa ebifamaa dachaa dachaan sabaa kakuu ameen ameen ameen ameen ameen ameen ♥🙏❤💖💕💗♥🙏❤💖💕💗♥
@faantuuinjiguu9182
@faantuuinjiguu9182 Жыл бұрын
Waaqa raajii maasi yemmuun jedhuu rakkoo Kam irraatti ariifatee naa qaqaba Waaqa raajii maasii jedhee waan baay ee hidhee waan baay'ee hikee du'aaf salphinaa baay'ees oleera Ani Waaqa guddaa malee dhukkubaa guddaa bekuu rakkina guddaa bekuu inni isaan jedhaan jechii kun jechaa dinqisisa fi aja'ibadha isumaatu naa olchee leeyyoo baay'ee lubbuu koo calaan isiin jaaladhaa raajii maasii umurii dheertuu nuuf jiraadha dacheen ithophiyaa isiin qabaachuu esheef ebbaa guddaa qabdii Ani waldaa araara yeroon Dhufee dhugaa baa'umsaa baay een qabaa
@gizuutube413
@gizuutube413 Жыл бұрын
Wow bay'e namatii tola kana calatii hamma darii laftii akka hojii waqayoo hoojetan gooftaan ayyanaa isaa isinf haa dabaluu hamma dhumaatti isaan haa dhabuu, ifaa biyyaa lafa ta'a waanti aduu gadii isiin qabu hin danda'iin akkasuma hoojetootaa fi man camera,, TV araaraa Warii tatan Eebbifamaa dachaan
@bekeludufuraa6555
@bekeludufuraa6555 Жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Well come we love you
@familytube6398
@familytube6398 Жыл бұрын
Well come man of God 🙏🙏❣️ my god bless you all of u ❤️❤️
@rehauthreha4367
@rehauthreha4367 Жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftan namaa waqaayoo bayee Jalanufi bayee kabanyu Ebifamaa
@bontuuameeenntafaara4174
@bontuuameeenntafaara4174 Жыл бұрын
Ebbiiffamaaii dachaa ❤❤❤❤❤
@dammeemalkaa4463
@dammeemalkaa4463 Жыл бұрын
Woow welcome jenneerra raajii keenya baay'ee sii jaalanna nama Waaqayyoo
@almejesus900
@almejesus900 Жыл бұрын
Wowowowo ulfinni isaa kan waaqayyoo yaa ta'u eebbifama
@wqyoabdikotii2337
@wqyoabdikotii2337 Жыл бұрын
Wawww ♥️♥️♥️👌😘
@seenaabokii4587
@seenaabokii4587 Жыл бұрын
Ammeen Ammeen Ammeen ebbifamaa🙏🙏🙏🤲🤲🤲
@godisgood6848
@godisgood6848 Жыл бұрын
Uuufffffffeeeee Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen ebbifama ebbifama ebbifamaa Waqqayyoo bara keessan haa eebbisu 📖📖📖📖📖❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@giftifekadu7796
@giftifekadu7796 Жыл бұрын
Ammayuuu eebifamaa♥
@yazanzakar4995
@yazanzakar4995 10 ай бұрын
Amene.ofakalii.galii.namaa.waqayoo.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@jerusalemmedia10
@jerusalemmedia10 Жыл бұрын
Bara nuuf qufaa eebbifama waaqayyoo siin waajjin haata'u
@birhangetachew6914
@birhangetachew6914 Жыл бұрын
የት እንደሆነ ቦታውን የምታውቁ እባካቹ ንገሩኝ location endet new magegnew?
@tumritumri6972
@tumritumri6972 Жыл бұрын
Bagaaa nagaaa ni dhuftaniii ❤❤❤❤
@masiiamina7084
@masiiamina7084 Жыл бұрын
Wwwwweee Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen
@zinayetafer4844
@zinayetafer4844 Жыл бұрын
Baga.nadhan.dhuftan.nama.waqayo.baye.kesi.ko.gamade.dhufuf.naf.hin.mijatu.nuf.kadhadha.waqayo.gudadha.haleluya
@birkekassa6997
@birkekassa6997 Жыл бұрын
Ammmmee ammmmee ammmmee 🙏🙏🙏 ebifama nama waqayoo rajii masarati
@asteryoutube8591
@asteryoutube8591 Жыл бұрын
Wowoow gudaa gamanee dhuga waqayoo galanii habayatuuu❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏
@shumbeetunaaa
@shumbeetunaaa Жыл бұрын
Lubuu koo sabcryb naa godhii anis matii sifii tayee
@asdhfs7531
@asdhfs7531 Жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuufffe waqayyo ha ebbifamuuuuu haleluyya ulfadhu iyisusu yadil iiili
@abozaid413
@abozaid413 Жыл бұрын
Ebbifamaa matii WAAQAYYO
@surraa1
@surraa1 Жыл бұрын
Jiraadha Ebbifama🙏🙏
@gexewtmareyam9686
@gexewtmareyam9686 Жыл бұрын
Ameeeeeen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@yebetesebchewata
@yebetesebchewata Жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/eqrbl5WMg71-fMU
@getinettafesetucho7999
@getinettafesetucho7999 Жыл бұрын
Praise the Lord, amen!
@yebetesebchewata
@yebetesebchewata Жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/eqrbl5WMg71-fMU
@yeshiderwaro789
@yeshiderwaro789 Жыл бұрын
Woww well.nab.zek.❤🔥na..mesr...thinks.jesus.Amen.Amen.💚❤🔥🔥🔥🔥🇪🇹
Our Wedding | Dr Nafyad and Ayantu | Cidhaa Dr Naafyaad part 1 | ሰርግ|
15:39
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 260 М.
Best Toilet Gadgets and #Hacks you must try!!💩💩
00:49
Poly Holy Yow
Рет қаралды 15 МЛН
Каха заблудился в горах
00:57
К-Media
Рет қаралды 4,7 МЛН
New model rc bird unboxing and testing
00:10
Ruhul Shorts
Рет қаралды 26 МЛН
Я обещал подарить ему самокат!
01:00
Vlad Samokatchik
Рет қаралды 3,3 МЛН
Aartii Mo'aa - Tiktookeroota waliin
45:56
MO'AA TV
Рет қаралды 10 М.
Ijoollee Lakkuu
13:39
Nuuralhudaa
Рет қаралды 22 М.
Fayyina Ajaa'ibsiisaa| Raajii Masarat Taayyee | @araratvworldwide
9:18
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 133 М.
Best Toilet Gadgets and #Hacks you must try!!💩💩
00:49
Poly Holy Yow
Рет қаралды 15 МЛН