Ati dhugaa ilma Oromoo jabaadhaatii jabaadhu tolee!
@hawerameseret60282 жыл бұрын
Aboo waqayyoo umrii siif haa dheeressuu jiradhuu
@dechasmussa72562 жыл бұрын
Wwwow baay'ee gaariidha ittii fufii brother
@Kel_Tube2 жыл бұрын
bayyee galatoomii
@ahmedmoha99122 жыл бұрын
Jabaadhu leenca warruma oromiffaa dubbatu dhabnee
@obsinamohammed98172 жыл бұрын
Jabaadhu itti fufi
@ABDULAHIBANK Жыл бұрын
obboleessa koo itti nuufufi Boromsa biroolle ❤❤❤
@YusufhamoFaqo Жыл бұрын
Thank you my brother halluma kanan itti nu fufii
@mulliisaa83772 жыл бұрын
Baay'ee namati tola jabbadhu itti fufi nura hin dhabbamini.
@Kel_Tube2 жыл бұрын
Abshiir Galatoomii bro
@IBSATASFA9 ай бұрын
Bannaati nuujabaadhu. Ilma oromoo! Kana qofa osoontaanee kan akka International marketing, human resource management, nuuhojjedhu. Galatoomi
@SeftyShaleАй бұрын
Maashaa allaah baayye tokko namatti tola ani Dire Dawa university irraahi itti nuuf jajjabaadhu jajjabina guddaa siif hawwina baayyee tokko nu fayyaddeerta ammas galata guddaa qabda.🥰🥰🥰🥰🥰