General psychology chapter 3 part 2 Afaan Oromootiin THEORY OF LEARNING

  Рет қаралды 29,899

Dirree Barnootaa

Dirree Barnootaa

Күн бұрын

Пікірлер
@DesuDida-oi8gx
@DesuDida-oi8gx Жыл бұрын
Guddaa isaa nuuf galatoomin waan baayeen irraa hubadhee
@WelifanTadesa-q5n
@WelifanTadesa-q5n 11 ай бұрын
baay'ee eebbifami dhugaa baay'ee nu barsiifte'baay'ee sirraa barannes nuuf galaa jiras.olii keenya nuuf jiraadhu!
@ANa-iy3iq
@ANa-iy3iq Жыл бұрын
Guddaa Galatoomi Bro waan baay'ee sirraa hubanne.
@SenaAlex-dy4xr
@SenaAlex-dy4xr Жыл бұрын
Bayyee namatti tola isin sabboontota eenyummaa keessaniin boontaniidhaa , jabaadhaa kana caala bu'aa guddaa fiduuf.
@badasaabrahem
@badasaabrahem Жыл бұрын
Bay'ee Bayeessaa haaluma kanaaan itti fuuuuuufaaaAAA
@NegesaBikila
@NegesaBikila 6 күн бұрын
Naol jabaadhu qaali Oromoo milka'ina keenyaaf ati jabessa
@YaikobLegese
@YaikobLegese Жыл бұрын
Baay'ee galatoomi vidion''ati nuuf gumaacha jirtu baay'ee nuu gargaara jira,keessumaa faakeenyi ati fuudhattu barsiisuu irraa darbee bashanansiisadha.thank u
@Mohi-ck1ro
@Mohi-ck1ro 9 ай бұрын
❤❤❤
@Abduljelilkasim
@Abduljelilkasim 11 ай бұрын
Baay'ee namatti tola jabaadhu
@degagabirhanu-xl8zd
@degagabirhanu-xl8zd Жыл бұрын
Thank u ,ur Videos are helped me a lot
@askutilaye4399
@askutilaye4399 2 жыл бұрын
Baaga naagan dhufte
@DirreeBarnootaa
@DirreeBarnootaa 2 жыл бұрын
Baga nagaan nu eegdan
@MuletanegasaMuletanegasa
@MuletanegasaMuletanegasa 8 ай бұрын
Jabaa sabni qabu jabaadhu baay'een irraa barachaa jirraa dhugaa.
@DoyoGalgalo-w5n
@DoyoGalgalo-w5n 11 ай бұрын
Baay,ee galatoma
@LetaGutema-n7p
@LetaGutema-n7p 21 күн бұрын
Galatoomaa dhugaa guddaaa tokkoo ati dhuguma qomoo kooti sin jalladha❤❤❤❤
@BadhasaAbdela-d9l
@BadhasaAbdela-d9l Жыл бұрын
Thank you my brother oli waaniin sin ja,u yoo jiraate yeroo barsiistu page 1 yeroo dubbistu waljala hin dabarsin akka nuuf galuu galatoomi my br and teacher
@AbaynehAbeba
@AbaynehAbeba Ай бұрын
Jabaa Namaa jabaadha waqayyoo isiin waliin jira
@FAMIUSMAIL-o7o
@FAMIUSMAIL-o7o Жыл бұрын
Bayyee galatomii❤❤❤❤
@GenaJewaro
@GenaJewaro Жыл бұрын
Bayye galatooma
@FeyisaSufi
@FeyisaSufi 7 ай бұрын
Baayyee si galatoomfadha.jecha itti si ibsun hin qabu.jabaadhu.osoo ati barsiisuu baatte carraan koo nan tilmaama.
@KedirBeriso-c8v
@KedirBeriso-c8v Ай бұрын
galatoma
@erobel1823
@erobel1823 Жыл бұрын
Jiraadhu bro
@TeshomeMengistu-u1z
@TeshomeMengistu-u1z 11 ай бұрын
Baayee galatoomaa gaaruu video kessaan hin dheresinaa nama nufiisissuu mala
@TujiIjaro
@TujiIjaro 27 күн бұрын
Thank you continue like this
@Faaruu-Koo
@Faaruu-Koo 18 күн бұрын
Naa galeera. Thanks
@DineSufian
@DineSufian 20 күн бұрын
Jachaatu na hanqata waa'ee kee dubachuuf na jiraadhu malee maalan jedha baay'ee galatoomi .Bar.Imanuddin sufiyaan Ambo universiti irrah
@FreshmancoursebyAfanOromoIll
@FreshmancoursebyAfanOromoIll 10 ай бұрын
Bayyee galatoomi ilma oro koo !
@bonsatariku954
@bonsatariku954 Жыл бұрын
galatoomi guddaa utuu Playlist jala wallitti qabdee nuuf kessee calaatti nuuf salphaata topic barbaannu argaachuf
@Sena-z7f
@Sena-z7f Жыл бұрын
Galatooma
@YoomiifAduna
@YoomiifAduna Ай бұрын
Ilma oromoo qaalii keenya guddisnee su galateeffanna❤
@umood-u8j
@umood-u8j Ай бұрын
thank you our best man
@QaanqeeAlG
@QaanqeeAlG Ай бұрын
Anis mucaa baadiyaati barsiisaa koo . baayeen si dinqisiifadha mucaa baadiyyaa taatee yommuu akkasitti barsiistu .keep up just moving forward ❤
@mikiasalemahu9114
@mikiasalemahu9114 29 күн бұрын
Thank you famous person continous in that way
@desalegndida7009
@desalegndida7009 Жыл бұрын
Galatomi baay'ee si jaallanna haaluma kanaan itti fufi.
@WakumaAbera
@WakumaAbera Жыл бұрын
Guddadhu namatti tolta
@AshenafiDibaba-k9q
@AshenafiDibaba-k9q Жыл бұрын
Galatoomii
@YasinYasin-o3m
@YasinYasin-o3m Жыл бұрын
Abbo baay,ee umurii nuuf dheeradhu baay,ee fayyadamaarra ittuma nuu fufi leenca ko.
@YoomiifAduna
@YoomiifAduna Ай бұрын
You are great Man
@RobaDida-w2m
@RobaDida-w2m Жыл бұрын
Nuuf jiraadhi
@Astoriess
@Astoriess Жыл бұрын
Thank you brother
@TaganeGetacho
@TaganeGetacho Жыл бұрын
Thank you!!!
@Mohi-ck1ro
@Mohi-ck1ro 9 ай бұрын
Jabaa keenyadha ati
@badrijuneydi3051
@badrijuneydi3051 Жыл бұрын
Baayyee galaatoma
@YadoJabessa
@YadoJabessa Жыл бұрын
Baay'ee bareeda
@AmeAme-pe9yh
@AmeAme-pe9yh Жыл бұрын
Very very good ❤
@AdmiringDragonflies-tq4nq
@AdmiringDragonflies-tq4nq 11 ай бұрын
Duraan dursee akkam jirtu barsiisa keenya akkasumallee hayyuu keenya Ani kanan haala itti isin nubarsiisaattan kana wollaahi waanan itti fakkeessullee hinbeeku Kana yeroon jedhu 100% ol hamma jedhamuun danda'amutti Kan nuuf galaaru Nuuf yeroon jedhullee ijoolleen biraallee osoo dubbatanuu dhaga'eetanii Wolumaa galatti fakkeenyi isin fudhattanii nuuf ibsuuf yaalaattanillee dhugaa rabbiin jedha sirriitti nuhubachiisaara Fkn waa'e classical conditionii kana afaan Amaaraatiin illee dhaggeeffadhee naaf galuu didetu Hamma ergan vidio kana dhaggeeffadhee sirriitti naaf galee Kanaafuu haaluma kanaan itti nuuf fufaa Galatoomaa. Nuuf jiraadhaa❤❤❤
@DirreeBarnootaa
@DirreeBarnootaa 11 ай бұрын
Thank you for being with us🙏
@Mohi-ck1ro
@Mohi-ck1ro 9 ай бұрын
Jabaa​@@DirreeBarnootaa
@Mohi-ck1ro
@Mohi-ck1ro 9 ай бұрын
Oli
@Mohi-ck1ro
@Mohi-ck1ro 9 ай бұрын
👍👍👍👍👍👍👍👍
@Mohi-ck1ro
@Mohi-ck1ro 9 ай бұрын
​@@DirreeBarnootaa👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@JaferJuhar
@JaferJuhar Ай бұрын
Guddaa galatoomi bilbila ke naaf kennuu dandeessa waaniin sii gafaachu barbadeen qaba
@QaxalGudata
@QaxalGudata 4 күн бұрын
Galatoomi oromticha keenya
@gadisewolde8658
@gadisewolde8658 Жыл бұрын
Thanks
@JamesRodri753
@JamesRodri753 2 ай бұрын
Sin jaalladhaam
@AdugnaTaye-b3s
@AdugnaTaye-b3s Ай бұрын
Thank you for
@NebiyatAyele-bz4re
@NebiyatAyele-bz4re 7 ай бұрын
Galatoomaa ulfaadhaa
@AbdurehmanBelfa
@AbdurehmanBelfa Жыл бұрын
Thank you
@BelayAsefa-h5b
@BelayAsefa-h5b 11 ай бұрын
❤❤❤❤
@baharmumme1458
@baharmumme1458 Жыл бұрын
❤️
@Mohi-ck1ro
@Mohi-ck1ro 9 ай бұрын
❤❤❤❤
@SISAYSHASHO
@SISAYSHASHO 20 күн бұрын
ANIS LOON EEGAAN GUDDADHE!!!!!!!
@tolessafufa6048
@tolessafufa6048 Ай бұрын
10Q you gentle man 28:54
@GalanaTaniru
@GalanaTaniru 12 күн бұрын
Sirriitti nuuf galaa jira akka ajaa'ibatti
@JosyJaleta-n5t
@JosyJaleta-n5t Ай бұрын
Oli baayee galatomi
@AbdallaMohammed-x1h
@AbdallaMohammed-x1h Жыл бұрын
Bayye na galatomi sin jaladha
@Oromaths
@Oromaths Жыл бұрын
Oliyaad baay'ee galatoomi garuu, barataa seeraa erga taatee video waa'ee seeraa , barattoota seera barachuu barbaadaniif yoo hojjette maal sitti fakkaata? Baay'ee gaarii ture... Maaloo yoo dandeesse waa'aa seera barnoota seeraa gadi fageenyaan faayidaas miidhaa isaas sirritti ibsiitoo nuuf hojjedhu
@EfabasTadesa
@EfabasTadesa 24 күн бұрын
galatooma nu gargartanirtu...
@LamiDesaleofficial
@LamiDesaleofficial 28 күн бұрын
Thank you❤😂
@dinaraswakshum1024
@dinaraswakshum1024 19 күн бұрын
Galaatoom namakoo
@FeyisaSufi
@FeyisaSufi 7 ай бұрын
Baayyee si galatoomfadha.jecha itti si ibsun hin qabu.jabaadhu.osoo ati barsiisuu baatte carraan koo nan tilmaama.
@GalmaaWaaqooBakkaayyee
@GalmaaWaaqooBakkaayyee Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@aanaamohamed3067
@aanaamohamed3067 Жыл бұрын
@RobaGalgalo-b1r
@RobaGalgalo-b1r Ай бұрын
Thank you
@MamedRaya
@MamedRaya 12 күн бұрын
Galatooma
@tulluubadhaadhaa681
@tulluubadhaadhaa681 11 ай бұрын
Thanks
@Mohi-ck1ro
@Mohi-ck1ro 9 ай бұрын
❤❤❤
@NesruHafiz
@NesruHafiz 2 ай бұрын
❤❤
@tulluubadhaadhaa681
@tulluubadhaadhaa681 11 ай бұрын
Thanks
Sigma Kid Mistake #funny #sigma
00:17
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 30 МЛН
Don’t Choose The Wrong Box 😱
00:41
Topper Guild
Рет қаралды 62 МЛН
The Best Band 😅 #toshleh #viralshort
00:11
Toshleh
Рет қаралды 22 МЛН
PYSCHOLOGY MID EXAM HARAMAYA UNIVERSITY PART 2
17:07
HaramayaGeneral
Рет қаралды 3,5 М.
Psychology mid exam questions in Amharic
20:40
AllA Tutoria
Рет қаралды 853
ሳይንስ የማይመልሳቸዉ ጥያቄዎች! Unexplained Truth | ዶ/ር ሮዳስ ታደሰ
28:48
𝗘𝘁𝗵𝗶𝗼 𝗞𝗶𝗻𝗴𝘀 ®
Рет қаралды 380 М.
how to study less and get higher grades
11:16
Gohar Khan
Рет қаралды 1,8 МЛН
Can Akinator Guess The Prophets And Allah?
13:05
Captain Halal
Рет қаралды 2 МЛН
I Helped 2,000 People Walk Again
15:31
MrBeast
Рет қаралды 23 МЛН
How to STUDY so FAST it feels like CHEATING
8:03
The Angry Explainer
Рет қаралды 2,5 МЛН