#GUUTUU

  Рет қаралды 129,387

Risaa Media

Risaa Media

Күн бұрын

Пікірлер: 206
@AbdulazizKasim-ry8zs
@AbdulazizKasim-ry8zs Ай бұрын
I 'm from Somalia but oromoo and Somalia brother and sisters we don't care about politics.
@BekeleMamo-x1c
@BekeleMamo-x1c Ай бұрын
I am from Oromia and I also love and respect Somalia.
@SabrinasabrinaSabrinasabtina
@SabrinasabrinaSabrinasabtina Ай бұрын
❤❤❤❤❤
@YusufAhmed-g7q
@YusufAhmed-g7q Ай бұрын
Yes thank you 19:27
@MalasuMuluqetia
@MalasuMuluqetia Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@Zekiammd
@Zekiammd Ай бұрын
🥰💞🙏
@LelisaBenti-vm6xq
@LelisaBenti-vm6xq Ай бұрын
Nuuf jiradhu Gamme ...ijolle akka kana gara fodda tti fiduun baayye nama gammachisa
@asmaracapitalotv2859
@asmaracapitalotv2859 Ай бұрын
I'm Eritrean but when I saw this little girl on TikTok I came there what an angelic voice ❤❤❤❤
@effortmedia3337
@effortmedia3337 29 күн бұрын
Is there any Internet in Eritrea
@NegaseTeshome
@NegaseTeshome 10 күн бұрын
Atoo goftaa fuudhachisaani dhugaa saagaalee kan baate akkuma zeree hin dhuftuu dhugaa akkaisheeni dhuftuu,Abdii guutuu qaba kaadhaana kootisi ❤❤
@fayeraleta
@fayeraleta Ай бұрын
Gammee dhugaa baayyee galatoomi sagantaa akkasii qopheessuukeetiif aadaan ijoollee oromoo miidiyaatti baasuu kun daran jabaatee itti fufuu qaba warreen akkakee miidiyaa irraa hojjetan hundi.Seenaan gargaaramuu qabdi haala mijeessi adaraa haa jabeessinu.
@ArjoomaaAhmd
@ArjoomaaAhmd Ай бұрын
Hasawa isii bayye na aja,ibe danddeyti gudda qabddi❤
@boontuu559
@boontuu559 Ай бұрын
Waaniti hafe hin jiruu guddaadhuu dammaa koo 💓💓
@asegidhailu8022
@asegidhailu8022 11 күн бұрын
Lubbuu wayii. Baayyee jabduu dha seenaan.
@sggdghsgd4005
@sggdghsgd4005 Ай бұрын
Baredduukoo jabadhuu abdii sabaa oromoo❤❤❤❤
@KamilTemam-xb7zt
@KamilTemam-xb7zt 15 күн бұрын
dammee rabbi sihaa guddisu❤❤❤❤❤we love you ❤❤❤❤❤
@abresh1300
@abresh1300 Ай бұрын
Waaqayyoo sii guddisuu, milka'ii
@AbasAhmed-ec6yz
@AbasAhmed-ec6yz 13 күн бұрын
Rabbiin sii haa guddisuu
@orotube6417
@orotube6417 Ай бұрын
She is amazing a little sisters❤❤
@ZinashiiZinash-h8o
@ZinashiiZinash-h8o Ай бұрын
Wowww baayee namatii toltuu nuuf jiradhaa ❤❤❤❤❤❤❤
@MeskeremTilahun-of2rb
@MeskeremTilahun-of2rb 26 күн бұрын
ጉደዱ፣በሬዱቴኛ❤❤❤❤
@wesendemiw3649
@wesendemiw3649 11 күн бұрын
እግዚአብሔር የሳድግሽ
@WakoDida-o2q
@WakoDida-o2q Ай бұрын
Waaqii agaanfaa oromo boranaa sii guuddisuu
@ShakeKedir
@ShakeKedir Ай бұрын
Amazing voice❤❤❤❤❤❤
@BettyDagaga
@BettyDagaga Ай бұрын
Gammee waaqayyoo si Haa eebbisu dhugaa❤❤❤❤
@JaalIttimuddiiDiinaaJaalittimu
@JaalIttimuddiiDiinaaJaalittimu Ай бұрын
Kichuukoo Qaxaleekoo Nuuf guddadhu ija hamtuu sirraa haa qabu
@BekeleMamo-x1c
@BekeleMamo-x1c Ай бұрын
Jabaadhu qaxalee fi abdii sabaa.Ati nama iddoo guddaa gahuu danda'uudha.
@MisayeGetachoo
@MisayeGetachoo Ай бұрын
Amazing voice 💖❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@QananiiEebbaa
@QananiiEebbaa Ай бұрын
Jabaadhu Gammadaa Olaanaa. Hojiin ati hojjechaa jirtu hojii seena-qabeessadha.
@HelkanaMelaku
@HelkanaMelaku Ай бұрын
የሚገርም ብቃት ነው ቅመም❤❤❤
@KitoKito-l7v
@KitoKito-l7v 13 күн бұрын
Nuf gudadhu ❤❤❤❤
@Nasery-cg2qy
@Nasery-cg2qy Ай бұрын
Dhugàa gamee jabaadhuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Birtukan-s4x
@Birtukan-s4x 4 күн бұрын
Gafaa tokoo naa aferii mee senaa baredu qabaa
@Leeno-k4z
@Leeno-k4z Ай бұрын
Ufeeee afaan ishe
@FnughFnugh
@FnughFnugh Ай бұрын
Wwwaa maamnyee saa guudiisuu luubuutiiyaa
@EliyasJabessa
@EliyasJabessa 27 күн бұрын
Gammadaa show hojii nama boonsuu hojjetaa jirtaa jabaadhu; ammallee godinaalee oromiyaa hunda keessaa iyyaafachuun ijjoollee qaqqaxalee akkanaa beeksisuun dandeettii isaanii akka hawaasa biraan ga'an gochuu cimsii itti fufiin jedha.
@mulugetagirma3333
@mulugetagirma3333 Ай бұрын
Dandeettii addaa🥰🥰🥰🥰 guddadhu🥰🥰
@Omturkey2028
@Omturkey2028 Ай бұрын
Baredduu koo guddadhuu akkam tasgabbiin hasofti mashaa allah guddadhu
@ShakeKedir
@ShakeKedir Ай бұрын
Uuuuuuuupppppppp buchee too gudadhuu ido guddaa gahii❤❤
@ዘቢባቢንትሙሀመድ
@ዘቢባቢንትሙሀመድ 12 күн бұрын
ስታምር ማሻአላህ
@Emebet-h2y
@Emebet-h2y Ай бұрын
Qaxalee jabbaadu koo nuuf guddadhu haamtun sin argatani 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@normannoor6001
@normannoor6001 Ай бұрын
Nuu gudhaadhu mucaa biyaako gimbii🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@GutemaGutema-n7k
@GutemaGutema-n7k Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉nuf gudadhu
@MetiSamuelBarkesa
@MetiSamuelBarkesa Ай бұрын
Mucaa biyya koo guddadhu nuuf jiraadhu qaxalee koo ❤
@FoziyaTube-x1h
@FoziyaTube-x1h Ай бұрын
Eebbifamaa❤maatii naa tahaa❤jirenni keessan haa baredu🎉❤
@ummuabdallahkajeelatuujann5884
@ummuabdallahkajeelatuujann5884 Ай бұрын
Bareeduu intala rabbii isii haa gudisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ibniawol6522
@ibniawol6522 Ай бұрын
❤❤❤❤❤ senaa Rabbiin sihaaa guddiisu .....
@MerryDanedena
@MerryDanedena Ай бұрын
Woooww yene woodddd ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@Asdebayana
@Asdebayana Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤ Dammatto
@Leeno-k4z
@Leeno-k4z Ай бұрын
Dhuga rabbi an Amman hubadhe wan ini jedhu siribichi
@RozaaAmaan
@RozaaAmaan Ай бұрын
Uuuppp buchee to❤❤❤ gudadhu bakaa gahii
@ginbarnagara5840
@ginbarnagara5840 Ай бұрын
ani akka ishe gamaa shubisaan fi sagallen nan dandaa garuu carra hin argane nagargara
@naolshagana
@naolshagana Ай бұрын
Miicayyoon cimtudhaa gamme garuu gaafin kee gaafii da'imaa kanaa madalu miti
@Nadhii_galaan_3
@Nadhii_galaan_3 Ай бұрын
Itti tiqqaata mo itti guddaata?
@HawwiiWallagga-e4x
@HawwiiWallagga-e4x Ай бұрын
Dhugaadha wlhi Mucattin baayyee jabduudha
@JibrilHusen-kl8qs
@JibrilHusen-kl8qs Ай бұрын
Kun qormaataa hin taanee akka isheen jabaattuf gargaara
@MukeeTrading-kw7wd
@MukeeTrading-kw7wd Ай бұрын
Guddadhu giiftii koo,biyyi lafaa sin dandahiin!!
@DemerewLulu
@DemerewLulu Ай бұрын
Excellent Excellent
@bikilatasisa4338
@bikilatasisa4338 Ай бұрын
Namoota ati dhiyeessitu ilaalchisee hanga har" aatti doggogora Waa'ee qaallittii abbaa manaa hiiktee keekii dhaan geggeesse jette sana dhiyeessuukeef, daawwattota kee dhiifama gaafadhu
@VvooVvoogg
@VvooVvoogg Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤gudadhuu qaashtii waalaga
@KatamaaTaadduu
@KatamaaTaadduu Ай бұрын
Jabadha baayee namatti tolaa
@HaileMultimediaአዝግ
@HaileMultimediaአዝግ Ай бұрын
43:43 Mesay Tefera - Yeleben - | የልቤን -
@TolawaktamiruTolawaktamiru
@TolawaktamiruTolawaktamiru 29 күн бұрын
Wowowo❤❤❤❤❤❤❤❤
@Sabontu..Walloo
@Sabontu..Walloo Ай бұрын
gudadhu❤
@AdemEdao-p7i
@AdemEdao-p7i Ай бұрын
Mucaa dinqii Seenaa Fiqiruu. Gammeen garuu gaafilee daa'immanitti dheeressuun sirrii natti hin fakkaatu.
@rozeeoromoo4218
@rozeeoromoo4218 Ай бұрын
Gudaa dhuu dhallatoo qubbee 🥰🥰🥰
@zaramuktar330
@zaramuktar330 Ай бұрын
Wantaa garii da,imaan samuun isaa bekumsaa gudaa qabuu jajabesaa warrii midiyaa Afaan oromoo hojataa itii fufaaa jenaa gammadaa show
@amanuelmotuma185
@amanuelmotuma185 Ай бұрын
Asumaa si kaadha itt jabadhuu❤❤❤❤onnekoo
@SoSo-m4r3m
@SoSo-m4r3m 24 күн бұрын
Waaaa.mucaa.biiyaa.koo.nuuf.gudadhuu
@EliyasYusufAbdullahiIliyashaji
@EliyasYusufAbdullahiIliyashaji Ай бұрын
Gammee Adaadoon isii sun maqaa Seenaatiin maalif hin banneef
@FireTesfeye
@FireTesfeye Ай бұрын
Demee koo gudeedhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@efhiiorotube7757
@efhiiorotube7757 Ай бұрын
Wow olha my god ❤💚❤
@SafiyaHusen-vk9wg
@SafiyaHusen-vk9wg Ай бұрын
seniyee kichuu koo gudadhuu qaxalee🎉
@Nurepido
@Nurepido Ай бұрын
Jabaa dhu gamme🍏ko
@KidaneSimesa
@KidaneSimesa Ай бұрын
Mucaa biyyakoo jabaadhuu itti fufi
@EgegayehuShumi
@EgegayehuShumi 22 күн бұрын
WOWO❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hayuti467
@hayuti467 Ай бұрын
Kichuu too nuf gudadhuu ❤❤❤❤❤
@HawwiiWallagga-e4x
@HawwiiWallagga-e4x Ай бұрын
Hinsaalfatuukun gaafii namaguddaaf maluu gaafate Qarshii kuma 5 gaafa jedhuuu😮😮😮😮
@Seyfa432
@Seyfa432 Ай бұрын
Xiquushu koo guddaadhu ❤❤❤
@lesaawallaggaa9342
@lesaawallaggaa9342 Ай бұрын
Qaxaalee waaraa leqaa❤❤❤🎉🎉🎉
@anetnehandualem5856
@anetnehandualem5856 Ай бұрын
sabbontu oromoo jabadhu
@DubartiinNiDandeessi
@DubartiinNiDandeessi Ай бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️guddadhu Saree koo
@BonsaBeyane-i4s
@BonsaBeyane-i4s Ай бұрын
Worqi nama ❤dagaagii lalisi urjii too
@lesaawallaggaa9342
@lesaawallaggaa9342 Ай бұрын
Buchookoo senaa❤❤❤❤🎉🎉🎉
@WakoDida-o2q
@WakoDida-o2q Ай бұрын
Sabbontu oromoo
@AddyClat
@AddyClat Ай бұрын
Baareeda
@TameratAlemu-f9k
@TameratAlemu-f9k Ай бұрын
Guddadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ChaltuGerremew
@ChaltuGerremew Ай бұрын
Bredu gimbi😢❤
@SaledinKedir
@SaledinKedir Ай бұрын
Jabaadhu waan Gaarii irraa jirta😂❤
@workineshtaddese863
@workineshtaddese863 Ай бұрын
❤❤❤gudadha
@ObseGuteta
@ObseGuteta Ай бұрын
Kumaa 5 imoo shantamaa nattima ijolee oromoo
@MilkiiKamli
@MilkiiKamli Ай бұрын
Mashaa allha ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@MajdaÇic
@MajdaÇic Ай бұрын
❤❤❤❤👌👌👌👍👍👍
@ShegaBezabih
@ShegaBezabih Ай бұрын
Gammee long life.
@Gamafgamana1
@Gamafgamana1 Ай бұрын
mucaan gammadaa caalaa bilchaattuudha😁
@HawaGabi
@HawaGabi Ай бұрын
Dama damuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ObseeBTube
@ObseeBTube Ай бұрын
Sagalee kanan utu umama dhiiste uuma faarsite kan jettanume 👍
@QasimHussen-c6r
@QasimHussen-c6r Ай бұрын
Guddadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤
@SaraAhmedsherif
@SaraAhmedsherif Ай бұрын
Guddaadhu bareduu tiyaa
@IbrahimMuktar-j2b
@IbrahimMuktar-j2b Ай бұрын
Raajii ashannaafii nuuf dubbisi gammee ?
@MakiQasim-d4t
@MakiQasim-d4t Ай бұрын
Guddadhu❤
@AdugnaWekgari
@AdugnaWekgari Ай бұрын
❤❤❤
@KidaneSimesa
@KidaneSimesa Ай бұрын
Buchoo koo nuuf guddadhu qaxalee lixaa
@zedlemaduguma
@zedlemaduguma Ай бұрын
nuuf guddadhu bakka guddaa gai
@AsiyaKoroso
@AsiyaKoroso 25 күн бұрын
Sinbo ko nuf jiradhu qalliii
@KasimAbdella-p2m
@KasimAbdella-p2m 10 күн бұрын
Gaafiin akka" sooressaatti si ilaaluu" gazixessaan jedhe gafate gaafii gafatamuu hin qabnee dha.sababni isaa akka soressaatti si ilaalu jechuun ati hiyyeessa jechuudha
@abdulazizmusa3360
@abdulazizmusa3360 Ай бұрын
Ijii haman si hin arrgin
@MasaretKefala
@MasaretKefala Ай бұрын
Jabadhuu nu guddadhuu
@sabalama3109
@sabalama3109 Ай бұрын
Guddudhu senuukoo sanyiikoo
SICHI DHIIROTAAF SIRBINA Artist ELSA NUGUSE GAMMADAA SHOW 2024
36:03
99.9% IMPOSSIBLE
00:24
STORROR
Рет қаралды 31 МЛН
Мен атып көрмегенмін ! | Qalam | 5 серия
25:41
СИНИЙ ИНЕЙ УЖЕ ВЫШЕЛ!❄️
01:01
DO$HIK
Рет қаралды 3,3 МЛН
Tuna 🍣 ​⁠@patrickzeinali ​⁠@ChefRush
00:48
albert_cancook
Рет қаралды 148 МЛН
Tiktookiif jettee Safuu Oromoo hin Balleessiin!! Sanyii Haacaaluu
53:35
Solomon Alemu | ACHI | New Afaan Oromo Gospel song (Official Music Video) 2024/2017
6:48
Warri Boolee Dubbii Natti Fide #Sonaa_Takalee on Gammadaa Show 2024
37:22
Yeroo Jaalalaa
25:00
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 72 М.
Gameettii Oromo Music by Felmeta kebede
5:45
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 664 М.
99.9% IMPOSSIBLE
00:24
STORROR
Рет қаралды 31 МЛН