Haadha Ulfeesseen Intala Jaalladhe

  Рет қаралды 15,947

Gemmechis Teshome

Gemmechis Teshome

Күн бұрын

Пікірлер: 118
@tesfalidetmeshesha
@tesfalidetmeshesha Ай бұрын
Waqayoo dhifamaa sifi haa godhuu gabii galii hadhoo koo waqayoo abbaa dhifamatii ❤❤❤❤❤❤❤
@Qimamii
@Qimamii 2 ай бұрын
Rabbin waaninii baleessee hundaa dhosefii jenanan Inii ofin of saxilee waan taefii rabbin hadhisuf jenaa kaa silaa mal jenaa mitii rabbin Nama hundaa nan dhisaa garuu nama waan Anii isaa dhoksee gadii basee dubatatee hin dhisufii jedhee suban Allah yaa rabbi atii nusatarii yaa Allah 😢😢
@FgFg-cn2tx
@FgFg-cn2tx 2 ай бұрын
Yaa waqayo ati namuma keenyati nu debisi yaa waqayo nu barari ati uuuuuffff nuti ararami ati 😢😢😢😢
@MusxafaJamal-w4b
@MusxafaJamal-w4b 2 ай бұрын
Yaa rabbi musiiba akkasii nuu oolchi rabbi sii haa qajeelchu😊😊😊😊😊😊
@TigistiDagafaa
@TigistiDagafaa 2 ай бұрын
Rabbii dhabama isaa godhuuu😢😢
@AbaboSida
@AbaboSida 2 ай бұрын
Waaqayyo araaraf malee dheekamsaf hin ariifatu 😢 Gooftan Koo cubbuu kee hundumaaf jecha lubbuu isa laateraa, atumtii kana booda hojii seexana kana keessa ba'uf murteessi haadho koo
@IkraamAbdi-j2v
@IkraamAbdi-j2v 2 ай бұрын
Obboleysa kiyya akka intala hin fuune haadharraa ilmoo qabda san qofaa miti ilmoon teetifi haati mana keetii obboleyani sanumafu fudhu hin dandeysu rabbi sihaa gargaaru
@TutenTuttgn
@TutenTuttgn 2 ай бұрын
Yaaqayoo siif yaararamuu qalbii jijjiradhuu arara kadhadhuu waaqan nama mittii😢😢😢😢😢😢
@ObsinetObsinet-ws5hw
@ObsinetObsinet-ws5hw 2 ай бұрын
Nagina yaa rabbi.yaa rabbin dhala nama kana sammu isaati deebisi
@FgFg-cn2tx
@FgFg-cn2tx 2 ай бұрын
Waqayo akka ati ofi yaadatuf malatodhani sii argisisa gamma waqayo debihi gabbi Gali waqayo Abba dhifamaati dhifama sii godha goftani cubbu jibba male cubama jibbu amala kee dura dhisi gabbi Gali sagada kadhani fi barumsa amatati jabadhu gamma waqayo debihi wani hundumanu waqayo sii haa gargaru gamma ofitti sii haa wamatu
@Hhiah31Hhiah
@Hhiah31Hhiah 2 ай бұрын
Rabbii araramadh sif haa araramu Subanaalaa
@MohdM-z2g
@MohdM-z2g 2 ай бұрын
Mee yaada Mal kenina kaa yaa waq😮😮waqqaayyoo dhifaama sif haa godhuu Dubaartin durba gesuu qabdaan adaaba godhaa 😊
@DharaTasfa
@DharaTasfa 2 ай бұрын
yaa rabbi ati kana nu oolchii 🤲
@abrasedeme3153
@abrasedeme3153 2 ай бұрын
Safuu yaa rabbii😢😢
@samiramuhammad4187
@samiramuhammad4187 2 ай бұрын
Yaa rabbii nuu bassii ati wan akana
@MakiyaOromo-tf9cf
@MakiyaOromo-tf9cf 2 ай бұрын
Safuu yaa rabii badii kee rabii sifi haa dhisuu garuu inalaa tanaa irraa fagadhuu hangga dadetenii magalaa jala jijiradhuu yoknin biyyaa oromaa demee jedhin abdii haa kutatatuu😢😢😢😢garuu atuu fayyaa guttuyuu qabdaa echaibi irraa yuu ququldhaa atii demii ofi lachisii😢😢
@VvvIid-y2d
@VvvIid-y2d 2 ай бұрын
Rabbi akka namaa miti toybadhu gara rabbii ketii debi'iin inni sif dhisaa. Jirenya kee hafte sif haa barechisu 🥰🥰amanti ketti cimi kan darbe darbera kan dhufuf sammuu kee jijiri
@AnoleBalee
@AnoleBalee 2 ай бұрын
Anatuu duraa lalee heduu naa borasitaa jabadhuu
@Gureetube23
@Gureetube23 2 ай бұрын
Maati nafi ta'ii
@Rahiima1431Rahina
@Rahiima1431Rahina 2 ай бұрын
Waaqayyo nuti ha araaramu 😢😢
@SimonsDaibbai
@SimonsDaibbai 2 ай бұрын
Waaqayyoo dhiifama siif haa godhu cubbuu hundumaafuuf 😢😢
@efsrdsssrdss2151
@efsrdsssrdss2151 2 ай бұрын
Ya subahanalha Mali kuni gurbani balageni😮mali isa muxeni abaranimo🤔🤔qiyama😊😊Astofurulha
@sennaayadataa
@sennaayadataa 2 ай бұрын
atii baraa baraan abidaa kessaa jiraataa balaagee cubbuu atii gotee dhifamaa hin argaatuu waqaa biraa
@MakiyaOromo-tf9cf
@MakiyaOromo-tf9cf 2 ай бұрын
Sanii rabii bekkaa ilmi nama imaa dogogoraa badii ilmaa nama rabii nama qaxahaa rabii nama fisii dhisaa wani akkanna hin bareesii rabii tuu bekkaa cubbu Kenna harkka issaa jiraa
@sennaayadataa
@sennaayadataa 2 ай бұрын
@@MakiyaOromo-tf9cf mee jirenyaa shamaraan kenyaa ilaalii waarii kabajaa isaan maalee herumaan manii isaan yeroi maalee digamaa hin arabisamuu hin rebaamu hin jibbaamu anii namaa meqaa bekkaa kaanii jirenyii isaan digamee jalaalaa jedhaan kessaa senanii yeroo kanaa irraati rawwaatan dhisaan eshii isaafi waqaaayyoo nii dhisaa jenaa kaanii shamaraan sanaa hoo maaltuu siressaa jirenyaa isaan baadee nani gubaadhaa yeroo shamaraan akkaasii tatuu argaa jiraasii😡😢
@WarqinshW
@WarqinshW 2 ай бұрын
Yaa waqayoo atii nu olchii😊😊😊😊
@dubaiajman-nc7dp
@dubaiajman-nc7dp Ай бұрын
subalaah😢😢😢😢😢😢😢😢
@Angaatu
@Angaatu 2 ай бұрын
Rabin araramadha sif ha araramu subanallaa
@sudiibulchaa3560
@sudiibulchaa3560 2 ай бұрын
Rabii sifii hadhisuu obolesoo hadhaa sii jechunii akumaa hadhaa ketitii amaa badii keraa ergaa ofii baree garaa rabitii debii tobadhuu
@misramohamed3547
@misramohamed3547 2 ай бұрын
akka atii daldeefii rabbii homaa si hin gonnee toybadhuu gara rabbiii debiii rabbiin rabbiin sif dhiisaa ilmii namaa imaa gorgoraa Abshiir inshaallaah
@Daniel-qe1fd
@Daniel-qe1fd 28 күн бұрын
nama sexanni sammuu namumma keessa fuuddhe sammuu ekeraa keessa godhe akkasi hojii seexanaa galmaan gauuf halkaanii fii guyyaa ijaa warraa ekeraatin sobaa dirree ibiddaa keessa naannaae soba ergaman baate ati namni dachee oromiyaan kan akkana hin biqilchitu kun soba bakkuma baatef addunya sana deemi kana isaanuf dhugaa bahi aduun kee gara galgalaati jabaadhu💥💥💥💥💥💥💥💥💥
@Birkisa
@Birkisa 2 ай бұрын
Kee matani ke faya mitti mana yala dhaqi ganna siifi kafalama walayi hoji ke hunda hin argitta Inshahaalla gannaa si qayii argita dhirra sharmuxaa akana
@ديرا
@ديرا 2 ай бұрын
Balaan rabbii sirraa ha dhabbatu
@Oroomoo11
@Oroomoo11 2 ай бұрын
Badii Asii malii si gorsiinaa balagee yo intalaa isii futee hatii isiilee sif nitii barii sodatii jeta moo nitii tiyaa jetaa ijaa qabadhuu badii Rabbiin si balesaa Astogifirilaa
@fakiafakia7020
@fakiafakia7020 2 ай бұрын
😂😂😂😂😂
@AbduljabbarRashid-l4n
@AbduljabbarRashid-l4n 2 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@زينبامانو
@زينبامانو 2 ай бұрын
yarabbi kiya maldhagena zabana kanna😢😢😢😢😢😢
@sisterlidiyatadeseasadagiye
@sisterlidiyatadeseasadagiye 2 ай бұрын
Ajaa'iba rabbiiti 😢😢
@BetheliumAsefa
@BetheliumAsefa 2 ай бұрын
Waaqayyo sitti haa Araaramu; wanti ati hojjatte baayyee safuu cabsa hayiiiiiiii🤭🤭🤭🤭
@ShelemeBarecha
@ShelemeBarecha 2 ай бұрын
Yaa rabbii ati kana nu oolchii
@CaaltuuTullamore
@CaaltuuTullamore 2 ай бұрын
Maqa yesuusin maal kun gurban halaalee harreetii maale kun nama. Mitii
@KanNaeguuHinRafuu
@KanNaeguuHinRafuu 2 ай бұрын
Waqannii Bichanii Dhifamaa Siifii Yaa Godhuu Sexanantuu Siiraa Jiraa Dhugaa Waqaa Tsabalaa Demmii Besamami Lubbuu Namaa Meqati Balesiitee Badee Jirenyaa Namaa Meqati Balesiitee Badee😥😥😥
@hawwiijaalmarroo430
@hawwiijaalmarroo430 2 ай бұрын
Kan godhii jechuun namaa rakkiisa haadha ishee irraa akka ilmoo qabdu itti himii jechuufis rakkoodha safuudhaboo
@bontusalalee9537
@bontusalalee9537 2 ай бұрын
Waaqayyoo siif haa dhissuu kuni safuudhaa😢
@AmaneeCacoo
@AmaneeCacoo Ай бұрын
nama gaadisisa
@HabtamuTeshome-i8n
@HabtamuTeshome-i8n 2 ай бұрын
Maal sin Jenna namni hin dogoggora garuu kankee adda waanuma hundaafuu waayyo si dhiisa dhiiga Iyyesuusiin qulqullaa'i intala dhiisi irraa fagaadhu hordofi hin dhiisti
@aminaghabo5438
@aminaghabo5438 Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😊😊😊😊😊
@AyantuAyantu-uz4mu
@AyantuAyantu-uz4mu 2 ай бұрын
Waaqayoo sitta Haa araramu
@FatumaALIYdalu
@FatumaALIYdalu 2 ай бұрын
Dhuga rabbii dhisuu
@sudiuae3502
@sudiuae3502 2 ай бұрын
Rabbin si ha qajelchu abo
@Sumaia-v8b
@Sumaia-v8b 2 ай бұрын
kun rajidha hadhara dhalate itala fudhun wanuma hin tanedha 😮😮😮
@AbanichiAl
@AbanichiAl 2 ай бұрын
Ati oridhamoo abuma arigite Kan yabatu ori qofa Kan ori unda yabatu waqayo siyabalesu
@Booniibonii
@Booniibonii 2 ай бұрын
Waaqayyo sitti haa Araaramu
@DerartuDerartu-s9s
@DerartuDerartu-s9s Ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😅
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 2 ай бұрын
Hin fudhin isaa darbef dhifaama gafadhu rabin😢
@gmaxman
@gmaxman 2 ай бұрын
❤❤
@zxczxc3083
@zxczxc3083 2 ай бұрын
Yaa waqaayoo nuu Maarii 😢😢😢😢😢
@grdb9860
@grdb9860 2 ай бұрын
Baga nagayan dhufte gamee kenya ❤❤🎉🎉🎉🎉
@hdhhdshud9051
@hdhhdshud9051 2 ай бұрын
😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅 waan ajaa ibaatii
@sallyhaddad699
@sallyhaddad699 2 ай бұрын
Ani kaniin jedhun kun maalumaa isaatu amma barreessuu sii gafate obboleessaa kiyyaa garaa umaa ketitti deebii'i dhiifama kadhadhuu 😭
@HappyMastiff-bs8iv
@HappyMastiff-bs8iv 2 ай бұрын
😮😮😢😢😢😢😢😢
@BekeluBulcha
@BekeluBulcha 2 ай бұрын
Kan darbee waqayoo dhifaama siif haa godhu
@BiliseeWirtu-e9x
@BiliseeWirtu-e9x 2 ай бұрын
Waqayyoo sii Abareeraa bara kee gutuu gubachaa Joraa jawaraa haftaa ga'ilaa ilee utumaa hin jiraanin hafta😅😅😅
@Naannaatwallaga
@Naannaatwallaga Ай бұрын
DHIFAMA SIFI YAA GADHU WAQAYO GARU KANA KEE KANI BIRA IN DHABAMUU WAQAYO SODHADHA ME MALO😢
@JamalMohamed774
@JamalMohamed774 2 ай бұрын
Akka gaarii godhe😂
@Gureetube23
@Gureetube23 2 ай бұрын
Game 🎉🎉🎉🎉❤❤
@WayyituBaayisa
@WayyituBaayisa 2 ай бұрын
Gurbaan kun oromoo ta'uun isaayyuu nama shakkisiisa maalif yoo jettan oromoon safuu beeka .kanaafuu of ajjeessin jeechuun yaada koo xumureera ani👩‍⚖️
@Musa-k1g7m
@Musa-k1g7m 2 ай бұрын
Cuubu tee raabbi sii haadhisuu, ini biraa ammoo mucayyo saani fudhuu qabdaa saababini issa iciitini jiduu hadhaatifi kee jiduu jiruuusi sabaaba kanaafii bayyuu danidaa
@abdalrahmanHazem-o4u
@abdalrahmanHazem-o4u 2 ай бұрын
Tobadhu garu laman jaradhisii biya fagadhu
@Ranii-r1v
@Ranii-r1v 2 ай бұрын
Anatuu dura lalee bagaa ngy dhuftee game kenyaa 😔♥️
@Gureetube23
@Gureetube23 2 ай бұрын
Maati nafi ta'ii
@ashakebede-d5u
@ashakebede-d5u 2 ай бұрын
Ani Waan Jedhu hin Qabu Gooftaa Araraan si haayaadatu haadhoo Koo Waaqayyoo Abbaa Araraati Goftaa Keeti Debiyii Araraa Gaafadhuu??😢😢😢
@SosoAoun-k3v
@SosoAoun-k3v 2 ай бұрын
Subanallah😢😢😢😮😢😂😂😂😂
@Hababaye
@Hababaye 2 ай бұрын
Ani yadayu hin qabu rabi sif ha dhisu arara kadhadhu🙄🙄🙄
@GadiseDabab
@GadiseDabab 2 ай бұрын
Xalayaa Kun hundisaa Amaloota Mammadoo Yeroo ammaatti😁
@efsrdsssrdss2151
@efsrdsssrdss2151 2 ай бұрын
😂mamadoni yaro ama hadhafi iltala waliratii jalatamo Astofurulha 😮😅
@makiama9561
@makiama9561 2 ай бұрын
​@@efsrdsssrdss2151😂😂😂 kkkkk
@efsrdsssrdss2151
@efsrdsssrdss2151 2 ай бұрын
@@makiama9561 😁😁🤔🤔
@Hababaye
@Hababaye 2 ай бұрын
Wayine zadiro jete jartin tokko😂😂 wan baay'ee na yadachifatan 😂
@SabitNajeb
@SabitNajeb 2 ай бұрын
Kunis jiraa😮
@Booniibonii
@Booniibonii 2 ай бұрын
😮😮😮😊😊😊
@wayintasfaye3975
@wayintasfaye3975 2 ай бұрын
Wly Aanii Aakka kiiyyaatti Rabbiini siin hin miilkeesiini haammayuu siihaamiidhuu
@WerkeTesfaye-zx5tc
@WerkeTesfaye-zx5tc 26 күн бұрын
😏😏😏😏🥵🥵
@sarraayesuusarraayesuu2081
@sarraayesuusarraayesuu2081 2 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@IsalegeseIsa
@IsalegeseIsa 2 ай бұрын
😅😅😅😂😂😂😂😊😊
@Gifti-fg1gr
@Gifti-fg1gr 2 ай бұрын
Kan darbef waqayyo dhifama gafadhu isanirra fagadhu
@Jameela-g3e
@Jameela-g3e 2 ай бұрын
Ajumma kee maf himtaa sanuu hin dhofatuu
@DesalegnTemesgen-d6x
@DesalegnTemesgen-d6x 2 ай бұрын
Duuqabdaaballagee
@JojAhahah
@JojAhahah 2 ай бұрын
😢😢😢😢😢
@MmMm-m7i
@MmMm-m7i 2 ай бұрын
Siti haa faraduu maf si dhisaa mal kun haramun 😮
@SacDdf
@SacDdf 2 ай бұрын
😅lachuu niitii keetim
@SadiyaAhamad
@SadiyaAhamad 2 ай бұрын
suhubhalh suhubhalh
@ismaelamaan1463
@ismaelamaan1463 2 ай бұрын
Gammee kiyyaa hoo maaf gadi dhisu dhabdee
@Abdiimarroo
@Abdiimarroo 2 ай бұрын
😢
@BilkileTakale
@BilkileTakale 2 ай бұрын
Haramuu akka kee oromon hin qabu dabi wayi
@RablaaBassem
@RablaaBassem 2 ай бұрын
Kkkkkkkkkk😂😂😂😁😁😁🤔🤔😏😏😏
@Sifaanwabo
@Sifaanwabo 2 ай бұрын
Waqayyoo saa balessuu hecc waqayyoo dhifmaa siif godhin
@يزنالشمري-ب9ي
@يزنالشمري-ب9ي 2 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@MegertuBekele-j3h
@MegertuBekele-j3h 2 ай бұрын
😂😂😂😂😂
@AndinetiChaale
@AndinetiChaale Ай бұрын
Salphadhu,oromo,kessti
@Deebiimidea8470
@Deebiimidea8470 2 ай бұрын
Malii kun balgee udduu kan kee hin adbanee nama adudhaan qaxi godhee sirraa kutuu dhabee akkaa sirisaa itti inni debinetii😡😡😡😡😡😡
@makihmakih5710
@makihmakih5710 2 ай бұрын
Auzublha
@abababiranu
@abababiranu 2 ай бұрын
Obbollessakoo waqyoo waqaa ararati waqyoon araraa kadhadhuu amma boodaa of sasabii waqyoof jiradhuu amma utuu akkas tatuu utuu barii dhuma har'aa ta'ee mal goota waqyoo keef mal deebiftaa??
@AfjalKhan-mh3hg
@AfjalKhan-mh3hg 2 ай бұрын
Eccc Mal kun
@NureeAliyii
@NureeAliyii 2 ай бұрын
anatuu namayuu duraa lalee
@Gureetube23
@Gureetube23 2 ай бұрын
Maati nafi ta'ii
@Sofia-n9t
@Sofia-n9t 2 ай бұрын
Rabii sii haqajelchuu wanii hundhundaa rabii sii ha dhisuu toyibdhuu tobaa qulquluu garaa rabii debii zinaa iraa fgdhuu zinani rabinii namatii dalsisaa
@Sofia-n9t
@Sofia-n9t 2 ай бұрын
Akamitii atii dhalaa namaa tatee hdhafii italaa woliratii wanii akanaa itii yadaa amaa kaa darbee iraa bdhuu italaa sanii lee hinii fudhunii garaa sanuu ketii debii wanii akanaa rabii namaa ha bsuu
@Hababaye
@Hababaye 2 ай бұрын
Safudhabo xalata kenya nuti dhufe🤣🥴🥴🥴
@FirifanTashale
@FirifanTashale 2 ай бұрын
Ati illee saree dhaa. Dhugaa jirtuu mucaatti himi jechuun koo intaala baqaatteetti
@Ibrogo
@Ibrogo 2 ай бұрын
hariiro isaani addan kuti
@MartaNuguse
@MartaNuguse 2 ай бұрын
Micayo fudhiii
@FaisalHusien-ie7ym
@FaisalHusien-ie7ym 2 ай бұрын
𝙸𝚓𝚘𝚘𝚕𝚕𝚎𝚎𝚗 𝚏𝚒𝚗𝚏𝚒𝚗𝚗𝚎𝚎 𝙶𝚊𝚖𝚗𝚊 𝙳𝚊𝚏𝚊𝚗𝚒𝚒 𝙽𝚊𝚖𝚊𝚊𝚏 𝚕𝚊𝚊𝚝𝚞 😁😁
@makiama9561
@makiama9561 2 ай бұрын
😐😒
Heerumeen Halkan Tokko Qofa Waliin Ciisne
19:34
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 28 М.
UFC 310 : Рахмонов VS Мачадо Гэрри
05:00
Setanta Sports UFC
Рет қаралды 1,2 МЛН
So Cute 🥰 who is better?
00:15
dednahype
Рет қаралды 18 МЛН
Jaarsa Kiyya Gadhiisi Yoo Didde Videokeen...
30:01
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 9 М.
RNH 886, October 4, 2024 Jaarmaya Bultii
30:03
Nuuralhudaa
Рет қаралды 8 М.
Yeroo Jaalalaa OBN Onkololeessa 10, 2017
24:29
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 34 М.
#DHALAA FI ABIDDA KANUMA BIRA JIRUU AFUUFA # FT DUBRUMMAA HIN QABDU
16:11
Orofun 2B not jalo juice
Рет қаралды 308 М.
Yeroo Jaalalaa
21:08
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 67 М.
❌😫Arabatti #garadii biyyatti galtee heerimtees garadii faayidaa hin qabdu
8:52
Kakuu tube ከኩ ትዩብ
Рет қаралды 7 М.
Abbaa manaa doqna-Tapha Gabaabaa
13:54
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 22 М.
Waggaa Shab Booddee Deebi'e Dhufe
23:23
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 7 М.
Akkana Kan Guddatu Argee Hin Beeku
20:14
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 7 М.
UFC 310 : Рахмонов VS Мачадо Гэрри
05:00
Setanta Sports UFC
Рет қаралды 1,2 МЛН