Obboleessa Kiyya Waliinan Jiraadha
21:32
23 сағат бұрын
Dubartii Sirriitti Hojjettun Barbaada
24:39
Halkan Tokkoof Obsuun Dadhabe
26:35
4 сағат бұрын
Waanuma Xiqqoo Harkiseen Guddise
25:17
7 сағат бұрын
Mana Kiyyatti Dhuftee Na Qabatte
26:58
9 сағат бұрын
Anaan Arginaan Jaartiisaa Dhiise
23:10
16 сағат бұрын
Yeroon Of Baru Obboleessa Kiyyadha
25:35
19 сағат бұрын
Obboleetti Kiyya Kana Na Taasise
25:00
19 сағат бұрын
Jaarsi Kiyya Dubartii Sadii Anarratti Fuudhe
24:24
Waanta Kana Dhiisuun Dadhabe
27:13
Gaafan Ilaalu Baay'ee Xiqqoodha
28:33
Dhiirri Akkanaa Dubartii Hin Baasu
25:42
Waggaa Sadii Keessattin Akkana Ta'e😭
23:51
Halkan Dhokatee Ana Waliin Ciisa
22:50
Hanga Yoomiitti Akkanatti Nyaachistaa
26:15
Waanta Akkanaa Ani Hin Beeku
27:36
Akka Hin Taanetti Keessa Seene
25:19
Uffata Baasnaan Amanuun Dadhabe
22:31
Пікірлер
@wayintasfaye3975
@wayintasfaye3975 Сағат бұрын
Aakka Amanata iislamatti Rakkoo hinqabuu gaaruu Aadaa oromotti Abba iisaatu siiguddise wanta'ee namasalfachiisa gaaruu boda gai'lii kuni Rakkoo godhachu danda'a Aadda bahutu gaaridhaa
@MisJeto
@MisJeto 29 минут бұрын
Akka ammantaa ilamatii zinaa rako hin qabuu jetee diqalaa amantaa isilamaa zinaa hin qabuu ok nama gorsuu duraa mataa ke kessaa debisii yadaa ofi bari 🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑
@Hawi-r6b
@Hawi-r6b Сағат бұрын
Yeroo baaye'ee kan nuttii Yadnee otoo hin tannee kan waqayyoo jedheettuu ta'aa Sennuu koo Wantaa atii barreefaatee calaa kan waqayyoo,sif kennuu hin caalaa waan ta'eef Waqayyoo maddaa kee hin Qorsaa Waqayyoo Ga"iilaa ebbiifamafii Namaa maddaa kee Qorsuu sif haa lattuu Jabbaadhuu Jabduu koo nyataamuu dhissuu kemoo naa bonseeraa❤❤❤❤
@MobileShop-r9k
@MobileShop-r9k Сағат бұрын
😂
@salehamustafa950
@salehamustafa950 Сағат бұрын
Uuuuuuuffff😭😭😭😭😭😭😭
@Yasmen-fv7ux
@Yasmen-fv7ux Сағат бұрын
Wooyyooo dhirumaa kanaa mallii godhuu? Mee kijjibaa maa barbachisee ? ani sodaadhe baraa kanaa nusii woorrii dhugaa nuu jalataan jenee yannuu hamaa fetee maattisii bekituu dhugaa issaan gafaa tokkoo soba jijjirama yaa rabbii nuu basii ,yabboo issiin kaadha yaa dhiraa yaa dhalaa dhugaaf Haa jiranuu dhugaa woolliti himinee woolli midhuu irraa ufii Haa qusanu, kana biraa atti jabduudha Abishiri keyirii wooyyitu duba jiraa rabbii kanafi kanini kijjibaa sirraa dhorgee Abishiri
@Dhheh-l4x
@Dhheh-l4x Сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭🥹💔
@Dhheh-l4x
@Dhheh-l4x Сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭🥰💔
@qamarali2187
@qamarali2187 Сағат бұрын
hariiroo kana osoo yeroo ittiin kennine amma dhaabi
@Obsinanee
@Obsinanee Сағат бұрын
yaa Obaletii To Dhirii Jabanaa Malaqaa Male bultif Hin Tatuu Garuu hundaa Osoo Tanew Wal Kesaa Jirtii Wly Nutif Matii Kenyaraa Faganee Herumne Nagayan Jirachaa Jiraa Dhirii Wal Kesaa Jirtii Garuu Dubaa Isaa Siritii Qoradhoo Sanaa Bodee Iti Dhiyadhuu Male Akanan Dhirii Hin Amanmu Me Kesan Na Dubisii Wan Sitii Himuu Qabaa Abdii Hin Kutin Rakoo Fi Cinqii Bodee Baloo Jiraa Wan Teyf Kotu Wan Si Dhamu Qabaa😢
@FiroomsaItoophiyyaa
@FiroomsaItoophiyyaa 2 сағат бұрын
Oke
@asdfgssssdd2903
@asdfgssssdd2903 2 сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔
@zaraahimed5105
@zaraahimed5105 3 сағат бұрын
😢😢😢
@ObsyDabi
@ObsyDabi 3 сағат бұрын
Seenaan keenya tokkumaa💔😭😭😭
@sennaayadataa
@sennaayadataa 3 сағат бұрын
ayii dhiraa😢😢😢😢😢
@ObsyDabi
@ObsyDabi 3 сағат бұрын
Seenaan keetif kankoo Wal fakkaata aniis hiriyaa koo jalqabaa booleeti si eega inni jenaan didee jaalallee gar bira qabda Nan jedhe Wal irra gargar baane hanga har'ati nama amanee jaalachun dadhabee 😢
@ayantujunedi345
@ayantujunedi345 7 сағат бұрын
Ati abshaala si nyaachuf dhufanii ati garuu hin nyaatamnee fi masha allaha ati bontuu dha booni ammalee kan rabbin siif kaaye suma eega abbadii murin bareedu tiyya ka silaa si arsu osoo sagagaalumaa sitti hojatanii arta😂 malee amma hundi isaaniitu hannaaf dhufanii dhabanii kutan ati firaa dhiisi kee ni dhufa inshaa allaha
@رضوانالعتيبي-ط3ط
@رضوانالعتيبي-ط3ط 9 сағат бұрын
😊😊
@EbbiiseeTaddasaa
@EbbiiseeTaddasaa 9 сағат бұрын
😢😢😢
@NesruAbdella-f8v
@NesruAbdella-f8v 9 сағат бұрын
Waaw
@saalihaaishaaq2424
@saalihaaishaaq2424 10 сағат бұрын
Badi hama kana huda balesitefi gara Amata keti debihi dhifama gafadhuu obolesa kee kanara moo fagadhu rabbi jedhe yoo era fagate gara rabbi keti debite dhifama gafate jirenya gari jirachu dadesa kanafi barechi era fagadhu😢😢😢😢😢😢
@FfCfg-z5k
@FfCfg-z5k 10 сағат бұрын
Seenaa tiyyaa fi kee wal fakktaa anissaa jiha 6duraa wan kana keessaa turee jabdhuu obsin 😢 hangaa namaa dhukubuu naa bekaa kanaa Rabbiin sif jadhee hin dhabduu amaa hunduma dagadhee kopaa jiracha jiraa
@SubakiiiSubakiii
@SubakiiiSubakiii 10 сағат бұрын
❤❤❤❤❤😢😢😢
@Sinqineesh
@Sinqineesh 10 сағат бұрын
Gaafi abbaati kolfee anilii😂😂😂
@BurteAbito
@BurteAbito 10 сағат бұрын
Namii hunidii tokkoo mitii Aboletii koo namii hindii tokkoo mitii 🥺 waqayyoon akkaa garaa ketii sif haa kenuu annii lee akkumaa kee turee ammaa garuu galata Waaqayyoo ❤😢😢
@BurteAbito
@BurteAbito 11 сағат бұрын
Uuuuufffffff jabuduu koo jabadhuu Aboletii kee akkaa gotuu godhii achii basii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢senaa bayee garaa namaa nyatuudhaa😢😢😢😢😢jabadhu waqayyoon sii haa jabesuu
@ayantujunedi345
@ayantujunedi345 11 сағат бұрын
Sis boru sidhiisa
@ayantujunedi345
@ayantujunedi345 11 сағат бұрын
Itti yaadi hujii tee jijiiradhu bakka inni jiru iraa fagaadhu rabbin sodaadhu yoon sodaa rabbitin jiraate kuni siif laafa yoo duute mee akkam taata itti yaadi dhalaa dha dhalaan mala dhabdu!!
@SolimanSeif-pp4gb
@SolimanSeif-pp4gb 11 сағат бұрын
Abshirii hadhoo koo 😢
@MuazAboo
@MuazAboo 11 сағат бұрын
Kan rabbi sif qoodutu caalaa abdii hin kutiin
@KanooAl
@KanooAl 11 сағат бұрын
😢😢😢😢😢
@NabilJamalmane
@NabilJamalmane 12 сағат бұрын
Lachuu si hin ta'ani kan sif ta'u rabbi sif haa kennu, ati nama tokko hin qabdu fira kan sif ta'u amma ifaje tee tan biyya ormatti dafqite qofadha sanin akkuma tate ta'iti nama bitadhu 👉akka amanta ketti kan rabbii sodatu kan amantatti jabaa wajji bulti ijaradhu hin jarjarini qalbin dubartummalle sin shawwadini ofirra laliti nama badaf gaarii bulti qabbana qabdu ijaradhu 👉halkanif guyya hin boqotini rabbi ketti ykn umaa ketti boyii yaa rabbi nama gaarii naf kenni kan arri dimtu wajji filannu jedhiti boyii rabbi kee ykn umaa kee kadhu akka amanta ketti 👉Rabbin umama isaa hin bekketti hin gatu waan ta'ef 👉balagumma ykn sagagalumma/bilginna dhira tokko wajjin hin godhin dhirri si sobee sirra nyaatee sittis fayyadame dugda sitti kenna waan ta'ef, dhira wajjin cisun dura kan bulti wajji ijaruf sitti dhiyatus gama seeratin waraqa ga'ela wajjin barrefadhu qubela keetis godhu, qabenya ifajatte qabdu oso nama tokkon hin genne dhokfadhu firri keetis hadha abban keetis ifaje tee san waan ta'ef tarii yoo bulti ijarattes amma boda bulti ijaradhe jettes abba mana ketti gadi hin lakkisin booda kee waan hin beknef jabdu tahi rabbi gaarii sif haa filuu, bultif jirenya gaarii sif hawwa bakkuma jirutti, rabbif laftudha xiqqenyan rakko rakkatte asumarratti sirra haa hambisu.
@Asd-j6h
@Asd-j6h 12 сағат бұрын
Safuu badu huddufi saree abbatu egataa ati badudha rabii badii kee sifii haa dhisu mucaa kana era fagadhu hammaa era kasii rabii keeti debiii dhifamaa gafaadhu male Akka muca kana wojiin hin jiranee
@DasetaDaseta-z2x
@DasetaDaseta-z2x 12 сағат бұрын
waqayyo kani si qopheesse qaba hadho koo namni hundii tokko miti
@AbdiiJaamal-yf8mk
@AbdiiJaamal-yf8mk 13 сағат бұрын
😢😢😢😢
@Ifnaantube1
@Ifnaantube1 13 сағат бұрын
Rabii nama Akka gara kee siif hakenu
@Ifnaantube1
@Ifnaantube1 13 сағат бұрын
Kotu Amiin jedhi hadha seenaa
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw 13 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
@Ifnaantube1
@Ifnaantube1 13 сағат бұрын
Gara nama nyati
@asdfgssssdd2903
@asdfgssssdd2903 13 сағат бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢
@BiftuuTulu
@BiftuuTulu 13 сағат бұрын
😢😢😢😢
@AbdiiJaamal-yf8mk
@AbdiiJaamal-yf8mk 13 сағат бұрын
😢😢😢😢😢
@kuzeeTube-e9d
@kuzeeTube-e9d 13 сағат бұрын
Oboleti KO Kan kanketahe lafii siif jiraa ofin dhipisini atii baga Nama Garii Tate male yoomu Kan sii barabadu Hin dhabaduu baga biri Kee hundatuu Hin ergini Hin gabini
@Ifnaantube1
@Ifnaantube1 13 сағат бұрын
Amantan Muslima hundafu seera kaa, era Ama of argateta yaa oboleti koo me gara waqa itti Amantu debiyi waqa ke kadhadhu gurbaras fagadhu oso dalnsu Rabii siiti dhufin rako ke of argate miliqi🙏
@UmarHasan-h9v
@UmarHasan-h9v 13 сағат бұрын
😢😢
@FayeNago
@FayeNago 13 сағат бұрын
🫶🫶🫶🫶🫶🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝
@foziijimaa2080
@foziijimaa2080 14 сағат бұрын
Abshir Rabbin kan kana caalu sifaa kenu
@foziijimaa2080
@foziijimaa2080 14 сағат бұрын
😢😢😢
@Badhatu-p7y
@Badhatu-p7y 14 сағат бұрын
😢😢😢😢
@Badhatu-p7y
@Badhatu-p7y 14 сағат бұрын
Namaa Akaa garaa ketii siif Hahiruu walhii😢😢😢
@boseapplicant9417
@boseapplicant9417 14 сағат бұрын
Qarshii kee Seeraan Qabadhuu itti hin ergiin malee Xosii kee fudhataan haa demaan dhiisii Oktii dhiirrii baraa kan Shamaraan Dalaalaa hojjii kee Qofaa hordofii kan isaan yoo galatee ni dhaqabdaa Argaa jalaalaa Baraa kana.
@Ufuf7f7r
@Ufuf7f7r 14 сағат бұрын
😅
@Masii-tube
@Masii-tube 14 сағат бұрын
Well come gammee❤ Nama hammamu yoo jaallanne itti of gatuu fi itti of amanuun dogoggora. nama akka jechoota isaatti akka Fuula isaatti tilmaamuunis rakkisaadha. garaa namaa waaqayotu beeka 😢