Hir-koo Kutaa 11ffaa

  Рет қаралды 452,521

Etv Afaan Oromoo

Etv Afaan Oromoo

Күн бұрын

Пікірлер: 431
@Dibaba_Gonfa54
@Dibaba_Gonfa54 Жыл бұрын
Wow Dhugaa Hirkoodha kabaja guddaan qaba.jechuun dandetti akkasin aartii Oromoo bira dhabbachuun guddaa nama boonsa.taatota tatanii warri hojjettan hundii keessanu naa biraa kabaja guddaa qabdu!❤❤❤❤❤❤😭😭
@embryologyteratology
@embryologyteratology Жыл бұрын
Hirkoo, instructor and tiyyaa are number one.... i love them
@KOTTAAKOLFAA445
@KOTTAAKOLFAA445 Жыл бұрын
15:35
@radiMohammed-zw9bq
@radiMohammed-zw9bq Жыл бұрын
Kkkkkkkk
@abdiiamiin6207
@abdiiamiin6207 Жыл бұрын
Abdoo Amiin Jimma Dedoo dha
@Dushime-pu7st
@Dushime-pu7st 11 ай бұрын
🎉​@@radiMohammed-zw9bq
@rijalzenu777
@rijalzenu777 Жыл бұрын
Aboo drama bareedaa kana Daawwachuu akkam Namatti tola jabaadhaa ❤❤
@hannaakebede4858
@hannaakebede4858 Жыл бұрын
Jabaadha dhugaa baay'ee namattii toltuu ❤❤❤❤❤
@majjaruksiorolmajjaruksior1856
@majjaruksiorolmajjaruksior1856 Жыл бұрын
Diraamaa akkanatti osoo mi'aayu dhumatu kana torbaanitti yeroo lama nuuf godhaa garuu waan beekuu qabdan woma fedhellee yoo tahe Addaan kutuu isinirraa hinfudhannu silaa isinuu amalaafu Ammaa dhiifyami
@matiwudineh
@matiwudineh 9 ай бұрын
I have big respect for Hirkoo & instructor ♥️♥️
@gamachudaraje1066
@gamachudaraje1066 Жыл бұрын
Jabaadhaa maaloo waanta akkasii arginee hin beeknu tasuma 💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
@timdidacome.qaasiim
@timdidacome.qaasiim Жыл бұрын
Way hirkoo 😂😂❤ dhugaa waan garii ittii fufaa ❤❤
@userfiriifiraa122
@userfiriifiraa122 Жыл бұрын
Wayoo hirkoo😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤dhugaa waan garii itti fuffa❤❤❤dhumeee walahii
@CaltuGanna
@CaltuGanna Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤hedduu natti toltaa hikoo fi tiyyaa qalii namaa ❤❤❤❤❤❤
@jamelahaji7752
@jamelahaji7752 Жыл бұрын
Anaa rakadhu namaa rakata enuyuu hin jalatuu bar ❤❤❤❤❤❤ jabadha
@joobiratube
@joobiratube Жыл бұрын
💯% i like your comedy❤❤❤❤. Oro Maatii nuuf ta'a.
@RadiyaAbu
@RadiyaAbu Ай бұрын
Eshii lubbu kootu mati nafi ta,amee atilee
@goobanaafayyisaagaaddisaa9252
@goobanaafayyisaagaaddisaa9252 Жыл бұрын
Diraamaa sitcom kana hedduu jaalladheera. Bohaarsaa fi kolfa miira fokkuu namarraa balleessu wayii namaaf fida. Garuu ayyaana dheengaddaa irratti kutaan dhiyeessitan natti hin tolle. Ijoollee qaammee sirbuuf mana Harmee Tiyyaafaa dhufan sana haalli itti qoosame nan mararre. Marga ykn qunnii ijoolleen biddeenarra kaa'an sanatti qoosuun natti toluu dide. Aadaa ofiitti akkas qoosuun gaarii miti. Bakka sanatti promote gochuu qabna ture malee qoosaa akka sanaa fayyadamuun gaarii hin turre. Lammata waan akkasii hin godhiinaa maaloo! Haala gaariin itti fufaa.
@Gadiseetube
@Gadiseetube Жыл бұрын
Wow barumsa gudaa qaba kan nekate marcunaf jechaa ummaata hacucuu ofii bari amalaa kee tolfadhiu😂😂😂
@Wankooshow
@Wankooshow Жыл бұрын
Dansaadha. Continue more language...... Jajjabaadha.
@redwanhusen7917
@redwanhusen7917 Жыл бұрын
Ajaa'iba Hirkoofi Tiyyaa. Boss and Instructor
@simposimpo2364
@simposimpo2364 Жыл бұрын
hirko mi'a koo naf kennii onnee kee keessa ba'aa 😂😂😂wowo namati tolaa jabaadha
@bayisadiba5129
@bayisadiba5129 Жыл бұрын
Baayyee nu boonsitaniittu ijoollee oromoo.. Diramaa ani kanneen biroorra caalaan eegaan jirun arge.. kanarra akkaataa addaatti Tokkummaan hojjettanii nu boonsuu qabdu ergaa guddaa kan qabuuf ergama guddaa kan qabu waan ta,eef akkaataa kanaa akka itti fuftan abdiin qaba. Afaan oromoof Ummata oromoo boonsuuf gahee guddaa tabphattaniittu..
@munatube2
@munatube2 7 ай бұрын
Hiirkoo ❤❤❤😂😂😂😂😂😂 dhuugaa raabii baayee siijaladhaa kkkkkkkkkkkkkkkkkkk
@GettiDeresha-jz8tu
@GettiDeresha-jz8tu Жыл бұрын
Aja,ibaa dhugaa baay,ee namati tolaa jabadhaa😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤
@kuliyeejawar8935
@kuliyeejawar8935 Жыл бұрын
Heduuu daas Na jetuu yeroo hundumaa isin hordofaa ❤❤❤
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤😂😂 yaa hirkoo nama akka ke tokkotu na rakkisa jira 😂 wat shereleshin 😮😅
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 Жыл бұрын
Kkkk
@merrymerry1232
@merrymerry1232 Жыл бұрын
😂😂😂😂😂 bagaa gamadee.jal'ina hojetuhi isan
@gamadaalamu8598
@gamadaalamu8598 Жыл бұрын
Nuuf jabaadhaa,qaxalewwaan ilmaan sabaa!
@GguFg-rf3rf
@GguFg-rf3rf Жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftaanii ❤❤❤❤mashaahallaah ❤❤❤
@SisayGemechu-z5s
@SisayGemechu-z5s Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤Guddaa sin jalannaa hikkoo fi maatin hikkoo
@FathiaFathia-y4d
@FathiaFathia-y4d Жыл бұрын
Woooow maashaa alhaa jabaadha kiyaa mucaa biyyakoo ❤❤❤
@salihahamza9761
@salihahamza9761 Жыл бұрын
Hirko kolfaan muxux nugooteka😅😅😅😅😅😅😅❤❤❤❤❤❤
@ShemsuBamud
@ShemsuBamud 8 ай бұрын
Jabadhaa ilmaan oromoo qaxalewaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤bayee tokkoo si jaaladhaa
@JordanJo-e9x
@JordanJo-e9x 3 ай бұрын
Baayee namati tolaa diramaan Hamma ille jabaadha❤ I Love YO
@ayantumotiapp8606
@ayantumotiapp8606 Жыл бұрын
Bayeeee namatii tolaa ijoolee kenyaaa 😂😂😂😂😂😂😂😂
@DejeneFikadu-wb4rd
@DejeneFikadu-wb4rd Жыл бұрын
Jabaadhaa namatti toltu!!! ❤❤❤❤❤❤❤❤
@AbdiiMahamad-ch4gn
@AbdiiMahamad-ch4gn Жыл бұрын
Ee misikinaa mucaa dalagaa ykn biddenaa ishee dhabade
@anesoabrahim-ou3dw
@anesoabrahim-ou3dw Жыл бұрын
Baga nagaya dhuftani ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ baayyen isiin jaladha❤
@anesoabrahim-ou3dw
@anesoabrahim-ou3dw Жыл бұрын
❤❤❤
@FantaTarata
@FantaTarata Жыл бұрын
Hiirkoo tesumi sifi hin taa ❤❤❤❤❤❤
@abyya2271
@abyya2271 Жыл бұрын
Kkkkkkkkkk keessaan abarsaa yaa hirkoo dhugaa namattii tolaa diraman kun jabadhaa
@Waygabrummaa
@Waygabrummaa Жыл бұрын
❤❤❤❤❤ wwww baga nagaan dhuftaan
@nurehd411
@nurehd411 Жыл бұрын
Dhugaa rabbii drama kun karatti citee hafa taanaan yaa’iin akka bara 2015 ka’uu saati
@tolasajaba462
@tolasajaba462 Жыл бұрын
Jabadhaa n❤❤❤❤❤❤❤❤😊amatii toltuu
@Gadisetube-j1p
@Gadisetube-j1p Жыл бұрын
Wow jabadhaa❤❤❤❤❤❤ lammii koooo
@kifleayana7273
@kifleayana7273 Жыл бұрын
Baay’ee nu bu’aarsitan ! Galatoomaa!
@MaameeShow-hg4it
@MaameeShow-hg4it Жыл бұрын
Hirkoo jabaa nama jabaadhu isin faana jirra
@Worldofwises21
@Worldofwises21 Жыл бұрын
Hirkoo my favourite artist ever
@genetgenet9909
@genetgenet9909 Жыл бұрын
What generation 😂😂😂😂😂😂😂 isiin Baar warraa jalaltii ❤❤❤❤❤
@adanuugalataaadanuugalataa6655
@adanuugalataaadanuugalataa6655 Жыл бұрын
😂😂😂❤❤ wayyoo garakoo 🤣🤣
@AwelNasir-wl3gw
@AwelNasir-wl3gw Жыл бұрын
Baga nagaan dhuftanii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AbonehTeka
@AbonehTeka Жыл бұрын
Ta.uu isaati ❤❤❤❤❤❤
@Yaddu143
@Yaddu143 Жыл бұрын
"Malee karricharra hin deemtani?" yaa Hirkoo. Alguffaa!
@chalaHWedajo
@chalaHWedajo 9 ай бұрын
Sin jaaladha maal siin jedha kan biraa hirkoo❤❤😂😂
@SudiiAmadin
@SudiiAmadin Ай бұрын
Wwwwwwooooowww🎉🎉❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@MikyTerefeJegna
@MikyTerefeJegna Жыл бұрын
Wawoo waan dinqiidha.itti fufaa
@gamachudaraje1066
@gamachudaraje1066 Жыл бұрын
Jabaadha Ilmaan Oromookoo love 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕 😘😘😘😘😘💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
@eborebira210
@eborebira210 Жыл бұрын
Woow addadha dhugaa❤❤❤❤
@fariqsham3481
@fariqsham3481 Жыл бұрын
❤❤hirkoo dhalotaa qubee
@sabaanboontuu3939
@sabaanboontuu3939 Жыл бұрын
Waaqoo abbaa qoosaa hedduu namatti tolta
@myphone7481
@myphone7481 Жыл бұрын
Baga nagaan dhuftan❤❤❤❤❤
@Deebiikoolove123
@Deebiikoolove123 Жыл бұрын
Woow Hirkoo Jabaa nama❤❤
@wanofimedia9599
@wanofimedia9599 Жыл бұрын
Osooma guyyuma guyyaan ta'e diraamaatu guyya guyyaan hin ta'uuf malee hamma toorbee kanaatti hawwiitiin sin eegna
@shemelesbeke
@shemelesbeke 10 ай бұрын
What generation❤❤❤❤❤ love
@safia1290
@safia1290 Жыл бұрын
Wly bilh isiin laalu hojii hojaadhu balese Yaa kolfannuu fixee 😂😂😂😂😂 Jaabadha hedu nama tola
@danielbayissa963
@danielbayissa963 Жыл бұрын
kkkkkkkkkkkk garaan na dhukkube🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@onlyjesus7594
@onlyjesus7594 Жыл бұрын
Ijooleen keenyii beksisaa jalaatii hiidhamtee dhugaa jiirtuudha😢😢😢
@susubareduasebot1489
@susubareduasebot1489 11 ай бұрын
🤣🤣🤣Haa cituu milii koo wii 😂😂
@MuktarAbbutura
@MuktarAbbutura Жыл бұрын
Namatii totaan 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
@Ayatuudhferaa
@Ayatuudhferaa Жыл бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤jabadhuu namatii tollaa
@BontuBoru
@BontuBoru Жыл бұрын
Akkan Isiin Jaallaadhu 1k Nu Jiraadha❤❤❤❤❤❤❤❤
@beshenenuabu
@beshenenuabu Жыл бұрын
Wow hawwiidhan ega jira
@tofaislamictube305
@tofaislamictube305 Жыл бұрын
Wooow bayyee bareeeda❤👏
@hannaaabetu3455
@hannaaabetu3455 Жыл бұрын
Wayyoo qaboo dhumneekaa barannaa 😅😅😅😅😅😅💔💔💔💔💔💔💔💔
@teshomedaba8161
@teshomedaba8161 Жыл бұрын
Jabaadha bayye gaaridha really what a generation 😂😂😂😂
@KalisaAbdo
@KalisaAbdo Жыл бұрын
😂😂😂😂😂 wwwwwooww bayee namaa kofasisaa😂😂😂😂
@mrqadisalih9906
@mrqadisalih9906 Жыл бұрын
Woyii garakoo yaa hirkoo😮😮😂😂
@BontuuOromoo-x5x
@BontuuOromoo-x5x Жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftaani❤❤
@abaruababe4337
@abaruababe4337 Жыл бұрын
Bay.e namati tola ❤❤
@sayda1200
@sayda1200 Жыл бұрын
Sin karasara hin demtani jedhe hirkon 😂😂😂😂😂
@Haafiz464
@Haafiz464 Жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂😂
@siifuujimma
@siifuujimma Жыл бұрын
Yaa waqo wojikee 😁😁😁😁
@GelanieNimona
@GelanieNimona Жыл бұрын
Bayyee garidha. ❤❤❤
@sukareatomsa8443
@sukareatomsa8443 Жыл бұрын
Kaakka'i gadi naqi😂😂😂😂😂😂😂
@josephsolomon8531
@josephsolomon8531 Жыл бұрын
Dhuga bayyuma natti tole jabadha
@amanuelgerba1124
@amanuelgerba1124 Жыл бұрын
Tiyyaa jaankoo Waaqoo koo Amaanu'eel Taaffese hedduun isin jaalladha!!!
@regasatafa
@regasatafa Жыл бұрын
Amazing film
@AminaHedoo7
@AminaHedoo7 Жыл бұрын
😅😅😅😅😅heduu namatii tola
@BontuKedir-c3m
@BontuKedir-c3m Жыл бұрын
Ta,usaati yeroo dhibbaa 😂😂😂😂
@anasabdumaalikofficial5642
@anasabdumaalikofficial5642 Жыл бұрын
🎉🎉 Baga Gammade 😂😂😂😅
@obseeajamaa3642
@obseeajamaa3642 Жыл бұрын
Kankoo rakinaa in qabu isiin Abaarsa qabdu 😂😂😂
@mergaetefaofficial9943
@mergaetefaofficial9943 Жыл бұрын
kofla duune maaloo waaqoon nama akkamiitii🤩
@biniamdeme2782
@biniamdeme2782 Жыл бұрын
Soresa sinii😂😂😂😂😂
@biraneefiqireewarquu7835
@biraneefiqireewarquu7835 Жыл бұрын
Jabadhaa namatii toltuu 😂❤
@lataatube142
@lataatube142 Жыл бұрын
Best wow ♥️♥️♥️♥️
@Fuadmohama
@Fuadmohama Жыл бұрын
Jabadha hedduu namatti tollaa akkanumatti itti fufa
@susubareduasebot1489
@susubareduasebot1489 11 ай бұрын
What generation 😅😅😅na wamtani 🙈🤣🤣
@Oliyadzerihun2885
@Oliyadzerihun2885 Жыл бұрын
kutaa itti aanu daddafaa🤣🤣🤣🤣
@WallaggaOro
@WallaggaOro Жыл бұрын
Kolfaa nu fixee waqooko😂😂😂😅😅😅😅
@tekeburka-rz3qw
@tekeburka-rz3qw 3 ай бұрын
waan akkas mi'aawu!
@tigistbogale5846
@tigistbogale5846 Жыл бұрын
Maloo osoo kan itti fufu qabatee😂😂😂😂
@Baisa222Ali
@Baisa222Ali 7 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤
@aminatajudinqw8901
@aminatajudinqw8901 Жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂 Abba oduu
@Fami.sharaf
@Fami.sharaf Жыл бұрын
Wooooow good jobs 👌 hirko 😂
@feyisadebela7614
@feyisadebela7614 7 ай бұрын
artii oromoo akkan jalaadhu keessa kooti kan horree isiinidha
@AbduTemam-n1d
@AbduTemam-n1d Жыл бұрын
Dhugatti baay'ee namatti tola!!! Nuf jiraadha!
Solomon Alemu | ACHI | New Afaan Oromo Gospel song (Official Music Video) 2024/2017
6:48
Hir-koo Kutaa 12ffaa
28:42
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 253 М.
Wednesday VS Enid: Who is The Best Mommy? #shorts
0:14
Troom Oki Toki
Рет қаралды 50 МЛН
Hir-koo Kutaa 13ffaa
26:16
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 297 М.
የረዱ እናት ለእዮብ ያልጠበቀው ስጦታ ሰጠችው
20:44
Eyobel tube-እዮቤል ቲዩብ
Рет қаралды 10 М.
EGEREE COMEDY: SIRNAKKOO EP 19
24:20
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 242 М.
KARAA DUBAA DHUFE MORMA NA HUDHE | kALAQAN PODCAST ​⁠@Hirkoo @etvafaanoromoo
1:06:44
KOOMEDII  KANAN BOHAARAA/ QOPHII ADDAA
16:34
MO'AA TV
Рет қаралды 302 М.
Hir-koo Kutaa 16ffaa
27:36
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 522 М.
DAWIT GIRMA: WAAKKUU HIN TAATU! Track 05
7:38
Dawit Girma Fufa
Рет қаралды 283 М.
Tapha Gabaabaa OBN Muddee 29, 2011
14:56
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 145 М.
HIR-KOO KUTAA 33FFAA
32:54
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 332 М.