ጀዋር ቅዱስ ቅዱስ መጫወቱን ትተህ ሌባ ዘራፊ ደጋፊዎችህን ሃይ በል! ዶ/ር አብይ በአርሲ ሽርካ ያሉ ክርስቲያኖች ደህንነት አስጠብቁልን ትጥቅም ይታጠቁ!

  Рет қаралды 6,619

Kefyalew Tufa

Kefyalew Tufa

5 ай бұрын

ጀዋር ቅዱስ ቅዱስ መጫወቱን ትተህ ሌባ ዘራፊ ደጋፊዎችህን ሃይ በል! ዶ/ር አብይ በአርሲ ሽርካ ያሉ ክርስቲያኖች ደህንነት አስጠብቁልን ትጥቅም ይታጠቁ!

Пікірлер: 138
@mimitubetube1262
@mimitubetube1262 4 ай бұрын
ኧረ ምስራቅ ሸዋ ዞን መቂ እና አ ካባቢዋ ሰው እየታገተ ገንዘብ እየጠየቁ ከገበሬ ማህበር ህዝብ ነቅሎ ወጥቷል ህግ የለም የምር ኦሮሞነት ይህ ከሆነ ገደል ይግባ
@sitotawberhanu4279
@sitotawberhanu4279 5 ай бұрын
ያነሳኸው ነገር ትኩረት የሚሻ እና መስተከሰከል ያለበት ነወ። ግን አንዳንድ ፀያፍ ቃላት መጠቀህ ያልጠበቅሁት ነገር ሆኖብኛል። ?
@GezeDejenu
@GezeDejenu 5 ай бұрын
Jawaar eenyumtuu hin jibbuu .he is oromo icon politician garuu ummata 2009-2010 uulmmata arsii kakaasee jira ,inni kirstaana oromoo saama,ajjesaa hin jenne warri musliimaa arsii baayyini polotikaan isani amantii bu'uura kangodhatee ,oromoo kan walficisiisuu ,tokkumaa isaa diguu fi nyaapha namatti gammachiisudha .namoonni midiya fayyadamtan waan kana lababdanii dhabsisuudha qabduu
@DabbaalEntertainment-wj2hm
@DabbaalEntertainment-wj2hm 5 ай бұрын
Kaffiyaaloow Obboleessa kiyya wanti tahaa jiru, akka nama aarsu ifatti namaa gala. Ergaan kees sirriidha. Mormii tokko hin qabu. Aartee akka haasoftu naaf gala. Garuu, jechoonni ati fayyadamteefi haalli ati miira keessa galtee dubbachaa turte sirrii miti. Afaaniin waan hedduu balleeysitee jirta. Goleewwan Oromiyaa hundatti haala qabatamaa naannawicha jiru bu'ureeffachuun miidhaan wal fakkaataan raawwataa tureera. Ati har'a maatii keefi amantaa kee akkasumaas namoota ati miidhamuu isaaniif dallantee dubbattuuf amma sitti mullatee si dhukkubsuus, Oromoon garuu Abidda laboobaa lama giddutti erga gubachuu eegale waggoota shaniif gidiraa, buqqaatee, ajjeechaa hanga hin qabne dabarseera. Fkn tokko qofa siif kaasuuf, Lixa Oromiyaatti Oromoota Amantaan Muslima tahaniifi keessumaa Harargee irraa achi qobatanii waggootaaf achi jiraatan, isin Soomaaleedha, Harariidha, Arabaafi kkf jedhamanii ajjeefamaniiru, buqqifaamaniiru, maatiin guutuun dhumeera. Haati ijoolleefi Abbaa manaa guyyaa tokkotti dhabde, meeqaatu jira. Kan nama gubu. Kan kana raawwatu, humna abaluun hogganamu jechuun ariitiin qorannoo tokko malee jala sararuun dogoggora nama beeka jennee jala yaanu akka keetiirraa dhagahuun xiqqoo natti ulfaateera. Maaliif yoo jette, rakkoon nageenyaa ykn waraanni naannawa tokko yoo jiraate, Kashlabbeeniifi gareewwan adda addaa maqaa Amantaas tahee sabaa akkasumaas, naannawaafi dhimmoota biroo maqaa dhawachuun of waaman gurmaa'anii, saamicha ajjeechaafi yakkoota adda addaa raawwachuun muuxannoo idil addunyaati. Kunimmoo Tigraayitti, Naannoo Amaaraatti, biyya keenyaan alattiis iddoo heddutti qabatamaan tahanii dabraniiru, arraas tahaa jira. Haasofni ati amma goote kuni warreen waggoota hedduuf Oromoo Naannawaan jechuuniis qubsumaan, Amantiifi mala biraatiin qoodanii akka barbaadanitti garba godhanii fe'achaa turaniiti amma irra deebiin fe'achuuf qophiitti jiran akka carraatti itti fayyadamu, kunimmoo shakkii tokko hin qabu. Yeroo TPLF kufee, Dr. Abiyyi fa'aan gara aangootti dhufan, kashlabbeen ganda keessaa gaafa namni adda rasaasaaf kennee qabsaa'ee injifannoo fidu golatti ol galtee fincooftuufi dabrees Qeerroo ajjeesisaa turte hundi, ani Qeerroodha jechuun maallaqa hangana kafali yoo didde manaa keen gubsiisa jechuun saamicha hedduu raawwachaa turte. Duriyyeen gaafas dura daandiirra bulaa turte, waan namaatiin amma kan gamoo ijaarte meeqatu jira. Manatti deemuun meeqa akka reebanii lubbuu baasan manni haa lakkaa'u. Hanga mootummaan tarkaanfii fudhatee hin balleessinitti. Kanammoo Johaariis tahee nama biraatu akkas godhe ykn goosise jechuun sirraa hin bareedu. Tuulama akkas kan jetteef xiqqoo sittiin qaanfadhe. Tuulamni Dhiiga kooti. Oromiyaan kan Oromoo hundaati, Tuulamniis tahee Oromoon inni kan biraa Oromiyaa keessa iddoo barbaade deemee, qubatees tahee, yeroof qotatees tahee daldalachuun, akka barbaadetti horee dannabee guddatee jiraachuuf hayyama ganda kamuu, Amantaa kamuus tahee garee kamuu hin gaafatu. Iddoo dhaqetti kabajaan Obboloota isaatiin simatamee nagaan jiraachuu qaba. Kanammoo qabatamaatti caalatti lafa qabsiisuuf warri siyaasa Oromoo keeysa taa'anii mataa dhookfachuun Oromoo Amantaan, Gosaan, Gandaafi haalota biraatiin qoqqoodan dhaabsisuuf hojii cimaa hojjachuu feesisa. Gabaabinaan Oromiyaa keessatti kanaatu tahaa jira. Diraamaa siyaasaa hamaatu, Saba qulqulluu kanarratti taphatamaa jira. Gareen tokko waan maqaa nama wahii himateef kan namasaniiti jechuun hin danda'amu. Kan biraa ijaaree maqaa ebaluu himachuun balleessaa raawwadhaa jechuu waan danda'uuf, ariitiin murteessanii isaahuu Afaan warra qaawwaa Oromoo ati jaalattuufi qabsaawaafii turtee qoqqoodanii laaffisuun ammaas fe'achuuf qophaa'aa jiraniif daboo ooluu taha. Afaan keen osoo ergaa kana dabarfattee hamma tokko gaarii ture. Obboleeysa kiyya, sirra beekeen miti kan si gorsu. waan an si gorfachuu barbaade na hubatta jedheen yaada. Galatoomi!.
@dr.erdachewkassa2784
@dr.erdachewkassa2784 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@kasukasu5074
@kasukasu5074 2 ай бұрын
በቤትህ ሲገባ አመመህ አይደል? ስንቶች ይህንን ሲያስተናግዱ መስሚያህን ደፍነህ ነበር 😢
@hfuf3800
@hfuf3800 5 ай бұрын
❤❤
@mesfindaniel2530
@mesfindaniel2530 5 ай бұрын
እነሱ ምንም አይመስላቸውም በብሄር ስም ክርስትያኑን ማፅዳት ይፈልጋሉ ድሮ ገና ነግሬሀለው ሙስሊም ገዳይ መሰሪዎች ናቸው
@tejitugutema1394
@tejitugutema1394 5 ай бұрын
❤❤❤❤
@sarawarke154
@sarawarke154 5 ай бұрын
The Lord protect you brother.
@user-gy9vj9pf8x
@user-gy9vj9pf8x 5 ай бұрын
አርእስት ላይ ጁሀር ብለሃል ጁሀር ስልጣን አለው አሉህ ? ከጁሀር ላይ ውረድ
@Raayyaakajawaa
@Raayyaakajawaa 5 ай бұрын
Hattuun kamtu tuulama jiraa mitii qinee kee dhiisi worri tuulamaallee Kani naannoo arsii jiraatu Kuni amaaratti ufi fakkeessuu dhiisuu qaba .
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 5 ай бұрын
wle come kaffaluu ❤️💚❤️
@rozazouba7538
@rozazouba7538 5 ай бұрын
kffiylewe❤ gewar eko lba htu newe argi newe hcalune ysgedele ygedele yha wesa
@melber7957
@melber7957 4 ай бұрын
Thank you
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 5 ай бұрын
kafalew akkam ❤️sanyii koo maltatee 😢😢😢 hojii shanneetii kun 😢😢waaqaayyoo isaan yaa baleesuu 😪😪
@RoqayaMohamed-vg8bv
@RoqayaMohamed-vg8bv 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤በርተ አንቴ ጀግና ነህ ሠዎቹ ልክ ሠይገቡ መ ቆም አይችሉም
@jaklv7906
@jaklv7906 5 ай бұрын
❤️❤️❤️❤️👍👍✔️👍👍👍👍👍
@chaltusuphe9465
@chaltusuphe9465 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
@berehanabebe2010
@berehanabebe2010 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
@ameng9953
@ameng9953 5 ай бұрын
Siriidha Kafe, baayee nama Ariissa, because yeroo baayee Arsii keessatti namiin kirstana ta'e Amahara jeedhama, yeroo duuri beekumsa dhabinneetti , amma hoo? Yeroo baayee wanni kun ni yaallama turre. for the last more than 30 year. Oromoon tokko. So keessattu namoon islaama ta'aan dhabbissisu qabaan, ta'u banaani 1ffaa dinnaa oromoo lafa irra baalleessuf hirba dhaba jiru kanaaf balbaala bana. 2ffaa akkuuma ati jeette oromo isilaamma bakka gara gara rakku birra itti umaa . These are very serious guys. No more
@user-kr5kn1jo1o
@user-kr5kn1jo1o 5 ай бұрын
Kaffee namakoo adaraa sirritti of eegi Waaqaa gaditti. Si ganee abbaatti hin himani kaffee
@markshawn6967
@markshawn6967 5 ай бұрын
What happend to tplf,will happen to pp
@Eagles_Vision
@Eagles_Vision 5 ай бұрын
Are you Okey??
@dhhfhj9818
@dhhfhj9818 2 ай бұрын
❤Kafe Akkaami Jirtaa Jabba Keenyaa
@morkmedia6919
@morkmedia6919 5 ай бұрын
Ni katii diqaslaa fi gantuun qabeenyaa keenya ni fudhana ati deem ati qee keessaniti
@mesfindaniel2530
@mesfindaniel2530 5 ай бұрын
ኦሮሚያን የሙስሊም ለማድረግ ክርስቲያኑን እያፀዱት ነው የመንግስት ባለስልጣን እጅ አለበት ኦሮሚያ ላይ በኦርቶዶክስ ጥላቻ ስም ክርስቲያን የተባለ እያጠቁ ነው ሁሉም መቃወም አለበት ትክክል ብለሀል
@chaltudame8347
@chaltudame8347 5 ай бұрын
Rabbin Si araramuu
@bekamaagerado9779
@bekamaagerado9779 5 ай бұрын
Jazbaa kalessa uf fannisuu yalte amma kanaan dhufte jzbaa
@GenaIbsa
@GenaIbsa 18 күн бұрын
Hayyuu koo👍👍👍
@berehanabebe2010
@berehanabebe2010 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 አይይይይ የኔ ጀግናች
@fatumahusein263
@fatumahusein263 5 ай бұрын
Kafé oromo kiyya ❤atis itti katte ? Joharin itti dhadachu jalqabde? Dhisii Lammii kiyya wan akkana oromon hidha isa naqanii ufi dachii fudhachaa turan hin bekta
@beletetom107
@beletetom107 5 ай бұрын
ከፍያለው ወንድማችን የተናገርከው በሙሉ ትክክል ነው። እኛ ኦሮሞዎች በዚን ጊዜ በምንም ሀኔታ መከፋፈል የለብንም። ኦሮሞ ሆነው ኦሮሞን የሚያባርሩ ያልሰለጠኑ ኃላ ቀር ኦሮሞ ብያቸዋለሁ። ምነው አርሲዎች እንደ ቁርበት ለባሹ ቡቱቱዋም ደንበጫዎች ማሰብ ጀመሩ እንዴ?
@UuUu-ls1qq
@UuUu-ls1qq 5 ай бұрын
Sakkaaraammii jazbaa
@user-ti4tw7wk3h
@user-ti4tw7wk3h 5 ай бұрын
Dabtaraaty Maalaqa sii kenne sila Jari keenya Maalaea ka a agraraan haadha isaa hinarguu saree
@user-kr5kn1jo1o
@user-kr5kn1jo1o 5 ай бұрын
Namni kun eenyu akka ta'e, maal akka hojjete hubachuun waan isin barbaachisuuf wareegamuu goota keenya jaallatamaa HAACAALUU HUNDEESSAA booda maal akka hojjete kefyalew tufa youtube irraa ilaalaa namoonni oromoo taatanii dhugaa dirree irraa mul'atu inni dubbannaan safuu dagattanii afaaniin albaatan.
@GenaIbsa
@GenaIbsa 18 күн бұрын
Arsii keessatti, kirstaana waan tahaniif ummanni shawaa baayyen amaara of fakkeessa, afaan amaaraa malee sitti hin haasahu,,, isaan keessaa kafyalof maatin kafyaloo tokko jedheet yaada worri goota keenya jabaadhu jettaniin kafyalif maatii isaa oromummaa dhugaa akka qabaatan gorsuu hin irraanfatinaa
@kedirbushera3511
@kedirbushera3511 5 ай бұрын
Appealing, praising and condemning at the same time. What is your core message?
@melber7957
@melber7957 4 ай бұрын
Leba Eslam Oromo, Cristianochen eyadenakelu new meseju gebah??? Dengay
@user-zk4zq8vg6r
@user-zk4zq8vg6r 5 ай бұрын
isakarina sakranaa
@iftumohamed2443
@iftumohamed2443 2 ай бұрын
Jazba jawhar ekiyah aydlam
@kurakasa5566
@kurakasa5566 5 ай бұрын
Balegize
@seyifudinabdurahman1562
@seyifudinabdurahman1562 4 ай бұрын
Kijiba kee dhiisii amma kana jalqabdee gurbaa Atuu maraachuu geesse
@fuadaliye4545
@fuadaliye4545 2 ай бұрын
Essaye ati malif arabsita nabiy kenya
@abyatarseyoum2769
@abyatarseyoum2769 5 ай бұрын
በጣም ያሳዝናል 😢😢😢። በራስ ሃገር እንደ መጤ መሰደድ ይገርማል።
@AshenafiGeremew-rr4nm
@AshenafiGeremew-rr4nm 5 ай бұрын
Har.a akkamittii sii ifee gurbaa dhugaa dubbatte
@ebbonwaaji5545
@ebbonwaaji5545 5 ай бұрын
Si Gurbaan waxaxeen kun Maluma ta'aara silaa Sabbonumman guyyakessa itti dhufan dhumnisii kana Fayidaaf otuu hin taane dhugaaf sabbonaa ta'uutu gaariidha
@sifhorajiranis9524
@sifhorajiranis9524 5 ай бұрын
Go to holywater,Tsabala Deemi, Diddu girrisaan .....waaa
@kurakasa5566
@kurakasa5566 5 ай бұрын
Balefew tenagreh eko kirstan techefechef beleh bale gize zemedocheh bezu muslimochen be shene sim techefechef.
@bekamaagerado9779
@bekamaagerado9779 5 ай бұрын
Ati jibbaa Amnti jibbaa islaamaa fi Muslimafi qabdu mul”isa
@adamfujitec8587
@adamfujitec8587 5 ай бұрын
Lamanyii konka kalesa ummata kanatu lubbu ke hambise
@adamfujitec8587
@adamfujitec8587 5 ай бұрын
Lamanyii hawadharuw maqaa jawar hin kasin
@fatumahusein263
@fatumahusein263 5 ай бұрын
Malif jijiramtte ?Duran johar jalata kaffe
@melber7957
@melber7957 4 ай бұрын
Yeza akababe merewochema ke Oromiyaa meweged alebachew enje
@mdkelifa3792
@mdkelifa3792 4 ай бұрын
Kijibduu
@Raayyaakajawaa
@Raayyaakajawaa 5 ай бұрын
Waani garaa sijiru mara dhoobde ibboo Kani jawaarii ganaa angotti dhufutti quba qabdu shimallisiin faa sangoota tuulamaa Tani oromoo lafarraa duguugaa jirtu sannitti hin dubbattuu ?tuulamni arsii sirkaan keessaa qafaa miti hanga dalloo bidiree jiraa rakkoo sirkaa achumatti fixadhu gurbattii dubbii hin dhoobinii inni Kuun nagayumaan jiraa
@Eagles_Vision
@Eagles_Vision 5 ай бұрын
Waan maali haasofta??
@carmanline8011
@carmanline8011 5 ай бұрын
Jewar has no power in current Ethiopian politics....jewar inaatuu Orthodox nat min maaleet felgehnewu
@GezeDejenu
@GezeDejenu 5 ай бұрын
Warra muslimaa wan gootan beektanii mucaa kana arrabsitaa walbeekna ,furmaani dhabamuu kirstaniis akkuma ati sidhiituu dandeenya.oromumma nu qabee malee homaa eenyumtuu,eenyuu gadii mitii warri muslimaa nama keessan qabadhaa amma boodee
@tewabechtessoduresso9796
@tewabechtessoduresso9796 5 ай бұрын
OLA YELEBETM YE MENGST SHFTA NEW HG YELEM SHFTA BCHA HONOWAL HAGERU !
@user-tt1eg2sr6f
@user-tt1eg2sr6f 5 ай бұрын
Warri “comment” irratti arrabsitan , Nama arrabsuun safuu uummata Oromooti, yaadaan qeequu ykn mormuu wayya. Namni yoo dogoggores gorfachuu wayya.
@GenaIbsa
@GenaIbsa 18 күн бұрын
Kafyalon nama gorfamu osoo tahee koo obboleessa koo,, moromee waan hinbeekne moroma,, deebi'ee hayyuu oromoo arrabssuu qabaa,
@ethiopianmusic6659
@ethiopianmusic6659 5 ай бұрын
dhugaa dubate warri kijiba hafarsitan of taa'a
@GenaIbsa
@GenaIbsa 18 күн бұрын
Ati sareedha oromoo miti, balfa oromooti,, eenyun taatee jawaarin arrabsita, udaan udaan hin geenye, waan tokko osoo hin hubatin haasofta, jawaanin tuffatuu mitii udaan isaa hin geessu, garamiinuu nama tahaa hin jirtu, beekumssi kee nama arrabssuydha, maraataa taatee karaa irratti hafuun kee hin oolu hinaafaa
@melber7957
@melber7957 4 ай бұрын
Arusi Kristen aydelem ende sejemer?? Manew le eslam yesetew???
@yaarabbiyaaallah1361
@yaarabbiyaaallah1361 5 ай бұрын
Kaffee Jawaar Guyyaa tokko miidhamni oromoo itti dhagahame hin beeku
@yaarabbiyaaallah1361
@yaarabbiyaaallah1361 5 ай бұрын
Kaffee shirri kun mootummaadhaanii kan inni hojjetaaru. Hin gowwoomin
@atrueleader2606
@atrueleader2606 5 ай бұрын
ባለፈው አብደህ እራሴ ላይ ካልተኮስኩ ካልክ ግዜ ወዲህ ምንም አልተሻለህም! የነዛ መተትማ ሰርቶብሃል። ታሳዝናለህ።
@nuresharifa-cr7vl
@nuresharifa-cr7vl 5 ай бұрын
Deebitee of ajjeesuu qabda ati ajuuzaa
@user-kr5kn1jo1o
@user-kr5kn1jo1o 3 ай бұрын
Namatti hin faradiin. Sitti faradama
@ifbeytamalenamabeytuhasbunalla
@ifbeytamalenamabeytuhasbunalla 5 ай бұрын
Kaffee keenya yaadni sirriidha akka Oromotti balaaleffachuu qabna, dhimmi kun tokkummaa oromoo miidhaa fida
@worqusima1598
@worqusima1598 2 ай бұрын
enyu ati akka nama waagochuu dandautti asoofta rakkoon akkasii gutuu oromia kessa jira ati dhimmicha hoisuu dhisii qaama furmaata tai
@melber7957
@melber7957 4 ай бұрын
Abiy yeshalal ke jawar by the way!
@amandekebo5593
@amandekebo5593 5 ай бұрын
woy kaffyalwu kuftee jirta maaliif yoo jettee an namni du'uu ,saamamuun haala at jettu kana raawwachuu isaanii gaddaa guddaatu natti dhagahama garuu kaatee namoota dhuunfaa irraatti maxxansuuf yaaluu keetti baayyee sitti gaddaa nagayaaf yaamicha godhi malee badi san namatti hin maxxansin edaa at dhugumaan ijoolummaa qabda ,bilchina hin qabdu, Jawaar at jettu kun ofumaafuu jiraachuu dadhaabee biyyaa bahee jiraachaa jira,yaada hin kennuu fagaatee afuura dhokfatee jiraachaa nama jiru ...... Girrisaa kee jettee mii sorry!
@atrueleader2606
@atrueleader2606 5 ай бұрын
Gowwaan hin dhalatin dhalatus hin guddatin jechuun kana kunoo
@user-xb5rc1ig1e
@user-xb5rc1ig1e 2 ай бұрын
Weye galoche mechereshachu yeha hone
@gelayeeticha-wv9ed
@gelayeeticha-wv9ed 5 ай бұрын
Ena jawae min aderege??????????
@user-ky4zk7jc5o
@user-ky4zk7jc5o 4 ай бұрын
Mucaan kun haqqii lafarra jirtu dubaata
@mulugetageleta-ob6tn
@mulugetageleta-ob6tn 5 ай бұрын
Kaffe maaf amaariffaan goote haasaake kan ati dhaamaa jirtu oromoofi ?
@Gibeintertainment
@Gibeintertainment 5 ай бұрын
My hero ♥️♥️
@genamoshufeer119
@genamoshufeer119 5 ай бұрын
live duutee turtee bar.eenyummaa kee argine.
@adamfujitec8587
@adamfujitec8587 5 ай бұрын
Qoshasha hadharawu ati tulama???
@beletetom107
@beletetom107 5 ай бұрын
ከፍያለው ወንድማችን የተናገርከው በሙሉ ትክክል ነው። እኛ ኦሮሞዎች በዚን ጊዜ በምንም ሀኔታ መከፋፈል የለብንም። ኦሮሞ ሆነው ኦሮሞን የሚያባርሩ ያልሰለጠኑ ኃላ ቀር ኦሮሞ ብያቸዋለሁ። ምነው አርሲዎች እንደ ቁርበት ለባሹ ቡቱቱዋም ደንበጫዎች ማሰብ ጀመሩ እንዴ?
@SamsonBirbirsa-pn5zc
@SamsonBirbirsa-pn5zc 2 ай бұрын
Ayizon kefiye bala gizewoch konjiye mistin kemito endezi ascelelushaaa?? Ayizo gelete 😅😂😂 yea ye jemo 3 ljoch gn yemrrr cisss nachew
@tewabechtessoduresso9796
@tewabechtessoduresso9796 5 ай бұрын
JEMREWAL ? CHERSEWAL ENJ SHFTA YELELEBET BOTA YELEM WOLLEGA BE HAYMANOT MKNYAT NEW SHFTA YEBEZAE ??
@Song-Ram
@Song-Ram 5 ай бұрын
እከክ በማይሆን ነገር ህዝቡን ለማሰደብ አቁም በረዳህ ህዝብ ላይ የምታረገዉን የስም ማጥፋት አቁም
@mustefajarso552
@mustefajarso552 5 ай бұрын
baga jiraattee kana dubbatte. wanti tokko kan siin waliigalu namni amantaa walqoodee walfixuun dhaabbachuu qaba. kun immoo erga bulchaa aanaa jibbaa amantaa Islaamaatiin guutame dhufee ta'e. aanaa sirkaatti namni kiristaanaa Amaraa godhama kan jettes dhugaadha. kana immoo hanga namni musliima kiristaanota oromoo oromoo ta'uu beekan warri kiristanaa oromoo ta'uu of hin beekan. kana atuu ragaadha erga achii baate oromoo ta'uu kee barte. ammas haasfne kee kanuma itti fufsisa. hara'a silaa namni akka keetii haasawa akkanaa godhuu otoo hin taane nuti tokko ta'uu labsuu qabda ture. kan mootummaan dhufee mana irraa gubee achumatti ajjese biraa deemuu hoo maaf hin dubbatin
@nuresharifa-cr7vl
@nuresharifa-cr7vl 5 ай бұрын
Jazba
@EFM112
@EFM112 5 ай бұрын
አማራስ ለምን ይገደላል ?
@iftumohamed2443
@iftumohamed2443 2 ай бұрын
Quahsh nah
@selemonbeyene2035
@selemonbeyene2035 5 ай бұрын
ጭራሹኑ ብሶብሃል፣ ወደህክምና ጎራ በል።
@fatumahusein263
@fatumahusein263 5 ай бұрын
Mee yo qeqtes afanuma kettin qeqqi dina hin gammachisin
@Faisal-ii1qf
@Faisal-ii1qf 2 ай бұрын
ante dedabe sekram shetata cheba
@nuresharifa-cr7vl
@nuresharifa-cr7vl 5 ай бұрын
Nabiy tahuu dadhabdee Kanaaf amma tanan nutti dhuftee. 😆
@abdulfetazeini3037
@abdulfetazeini3037 5 ай бұрын
እይታህን ብታስተካክል ጥሩ ነው ምክንያቱም ያአንተ ቤተሰብ ሲፈናቀል እስላማዊ ሌላው ሲፈናቀል በዘሩ መሆን የለበትም የወሎ ሙስሊሞች ያንሁሉግዜ ሲፈናቀሉ በእምነታቸው ነው
@user-xb5rc1ig1e
@user-xb5rc1ig1e 2 ай бұрын
Ezawe gala kelele awere yearage zer
@user-zk4zq8vg6r
@user-zk4zq8vg6r 5 ай бұрын
isobina
@sofiaahmad2033
@sofiaahmad2033 5 ай бұрын
ቶፍቷፋ፣ጀዋርእቅልፍነስቷሀልገናይገዛሀል
@KhalidKalid-zw6xs
@KhalidKalid-zw6xs 2 ай бұрын
ለካ እንደዚ ግብዳ መሃይም ነክ
@user-ug3le1fm7p
@user-ug3le1fm7p 5 ай бұрын
ante ahun min ti weshaa salama
@kidanelelisa9502
@kidanelelisa9502 5 ай бұрын
Won't you able to analysis such conflict project is /was arranged by government why you say repeatedly government has to stop??? Don't be foolish dear my brother!
@fatumahusein263
@fatumahusein263 5 ай бұрын
amo malif afan oromo dhan hin hasoftu ?
@beletetom107
@beletetom107 5 ай бұрын
ከፍያለው ወንድማችን የተናገርከው በሙሉ ትክክል ነው። እኛ ኦሮሞዎች በዚን ጊዜ በምንም ሀኔታ መከፋፈል የለብንም። ኦሮሞ ሆነው ኦሮሞን የሚያባርሩ ያልሰለጠኑ ኃላ ቀር ኦሮሞ ብያቸዋለሁ። ምነው አርሲዎች እንደ ቁርበት ለባሹ ቡቱቱዋም ደንበጫዎች ማሰብ ጀመሩ እንዴ?
@fatumahusein263
@fatumahusein263 5 ай бұрын
@@beletetom107 ene tekekel yihun ayhun aymeleketegnim neger gin berasachin kuwankuwa tenager biyewalehu mikniyatum oromo wendime silehone wendime new Ante rasu ine ye kometkut be oromigna lemin be oromigna atimelisim Amara weyim diqala ke honk kenena ke kefiyalew mehal wita egna mehal ayagebahim::
@fatumahusein263
@fatumahusein263 5 ай бұрын
@@beletetom107 ye johar tilacha silalebachu kaffe sinager dess alachu des aybelachu wendimu new yiwedewal zim atibel bilo meqesqesu new :: ye oromo xilacha xig deres yalachu sewoch des alachu
@fathiahamidsule9285
@fathiahamidsule9285 5 ай бұрын
Ati oromof dhisii mata ketifuu hin tatu of ajjessuuf jate naa dhaqaba jechaa hin ture??? Marata wayyii
@nuresharifa-cr7vl
@nuresharifa-cr7vl 5 ай бұрын
Fasam 😆
@bekamaagerado9779
@bekamaagerado9779 5 ай бұрын
Dubbadhu maal dubbatta kana caala
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 5 ай бұрын
maloo afaan oromotiin dabrsii atiis enyuu gara ga'ufii??😢😢😢diinnoonii keenyaa nugaamaduu 😪
@fevenabrham5428
@fevenabrham5428 5 ай бұрын
❤የምታነሳቸው በጣም በሳል ናቸው! በርታ! ❤
World’s Deadliest Obstacle Course!
28:25
MrBeast
Рет қаралды 144 МЛН
МАМА И STANDOFF 2 😳 !FAKE GUN! #shorts
00:34
INNA SERG
Рет қаралды 3,9 МЛН
Always be more smart #shorts
00:32
Jin and Hattie
Рет қаралды 38 МЛН
Неприятная Встреча На Мосту - Полярная звезда #shorts
00:59
Полярная звезда - Kuzey Yıldızı
Рет қаралды 7 МЛН
World’s Deadliest Obstacle Course!
28:25
MrBeast
Рет қаралды 144 МЛН