🛑piranki jadid maana hakima dhaqe ifmaramare D/rri atii dhalchu hiin daandesu @kifaa irratti

  Рет қаралды 69,898

JADID TUBE

JADID TUBE

Күн бұрын

Пікірлер: 356
@dambalmedia
@dambalmedia 2 жыл бұрын
Dr Muudii qaba
@drseenaamusxafaa
@drseenaamusxafaa 2 жыл бұрын
Anii bayeen isiin hordoofa garuu yeroo bayee koomeentii isiinii hin bareessuu.Yeroo ummaanii keenyaa boqaanaa malee dararaa fi du'aa keessummessa jiruutii,yeroo lammiin keenyaa sagaalee nuutahaa jedhee boohuutii wan biraa qabatanii dhufuun qaanyii guddadhaa.Akka ganama wahee lammii keenyaa isin gadii dhiftanis argeen jira.garuu waheen lammii keenyaa hangaa furmaata argaatanitii calisuun hin barbachisuu.yaanii koo isiin mufaachisee dhifaama🙏🙏🙏
@halimamahamaad3
@halimamahamaad3 2 жыл бұрын
Dhugaa ketii sanyii to ☝️🤲🤲😭😭😭😭😭
@Oromia00
@Oromia00 2 жыл бұрын
Biiftuu👍👍
@AmirMN
@AmirMN 2 жыл бұрын
Yaada bareeda kaaste garuu sagale ummata kenyaa tahufi hojii dhabuun wal hinsimatu.
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please biftu
@drseenaamusxafaa
@drseenaamusxafaa 2 жыл бұрын
@@AmirMN Dhugaan buulii🙏🙏Anii wahee hojii dhabuu hin dubaanee.yeroo hojii hin qabnee lammii ofiitif sagalee tahuun dirqamaa lammumma bahun garii naatii fakkata🙏🙏
@fatmuamohamed8689
@fatmuamohamed8689 2 жыл бұрын
Subahan Allah mee ammaa maalif piraki baarbachisee garu dura Rabbiin waanta nuti fidu osoo beekni ofitti murteesina waa hundaa yaa Rabbii nu qaajelchi kara keyiratti 😭😭☝🤲🤲
@ummuabdurhaman1864
@ummuabdurhaman1864 2 жыл бұрын
لحول ولا قوة الا بالله maltuu isin arifachisee amalee maa niyaa ufitii badaa biranki jetee Rabbin isin haa qajelchuu
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692 2 жыл бұрын
Tirukoo maatii naafii tahi
@hamedballe3523
@hamedballe3523 2 жыл бұрын
Astgufurlahi maleyikani kanama sitti katabu malitti pls obellesa kiyyaa
@masiionee1678
@masiionee1678 2 жыл бұрын
Aboo raabii siif haa keenuu ilimoo baredaa
@abdallahussen4294
@abdallahussen4294 2 жыл бұрын
Obboleesaa kiyaa sitii hahafuu rabbin dhugaa sifgodha
@habibatube5966
@habibatube5966 2 жыл бұрын
Rabbi wali nu hakenu Anis ilmo in qabu bayee fedha Wagga 6 demee rabbi nafi kenu inshallah 😭😭😭
@hangatuabdi6176
@hangatuabdi6176 2 жыл бұрын
Rabi sif ha kenu inshaallh
@hangatuabdi6176
@hangatuabdi6176 2 жыл бұрын
Duai sif godha oboleyti tiya
@raamiiraamii5170
@raamiiraamii5170 2 жыл бұрын
Rabbin sif haa kennu inshaallah 🤲
@habibatube5966
@habibatube5966 2 жыл бұрын
@@hangatuabdi6176 eyee sanyii 🥰 galatomi duia na godhi
@habibatube5966
@habibatube5966 2 жыл бұрын
@@raamiiraamii5170 amiin ya Allah 🥺
@ashias9880
@ashias9880 2 жыл бұрын
Umataa Haree pirakni keessaan haa baduu
@fatmaabdiinkoorabbi1793
@fatmaabdiinkoorabbi1793 2 жыл бұрын
As wr wb yaa ummata adam rabbii keessan sodaadhaa ofitti hin farrisinaa haraam
@aminaamina3221
@aminaamina3221 2 жыл бұрын
Rabbi isin haa qajelchuu wora pirki kana maltuu bekea yoo dhuga ta.ee oso ilmo hin argitan ofiti fafaltee rabbi isi haa araramuu
@aashaaahmed4608
@aashaaahmed4608 2 жыл бұрын
Subahaan Allah Aboo rabbii sodadha prkii Akana dhisa innaa lillaahi woinaaileyi rajuun
@MagarsaTube-q4q
@MagarsaTube-q4q Ай бұрын
Miskina kifaya maashaa Allah ❤❤❤❤
@gamnegamne2057
@gamnegamne2057 2 жыл бұрын
Mashaallaah Mashaallaah kifayaa qalii too rabbiin umurii woliin isin haa tursiisu ☝️☝️🤲🤲💋💋💋💋💋👈👈👌💘💘💘💘💟💟💟💟💟🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@saadu7901
@saadu7901 2 жыл бұрын
Subhaanallaah 😭😭 rabbiin sodadhaa waani Akkanaa hin hojaataa yoo rabbiin akkanaa SII goodhee hoo malii gootaa Mee 😭😭😭
@SMATv3
@SMATv3 2 жыл бұрын
Matii naf tahuun sitii tolaa saadu galatoma m.kzbin.info/www/bejne/h5rVdX-Iic56b5I
@muhaabbaamu9060
@muhaabbaamu9060 2 жыл бұрын
Yaa kazabin yo rabbiin dhuga godhe mal gotu biri dhuma nyachuf wan hin tane hin dalagina
@momiitube8935
@momiitube8935 2 жыл бұрын
Rabbi isin haa qajelchu ijole pirnkii kessan haa baduu qosaa akkan dhabaa wan fokkatadhaa Rabbi isin dalanaa
@temimaabduragaferahmed9091
@temimaabduragaferahmed9091 Жыл бұрын
Mashaa Allah Mashaa Allah 🥰 ❤❤❤❤❤❤
@abdoshmaya7056
@abdoshmaya7056 2 жыл бұрын
Wan akana kanan hin tabatiina rabbiin si goodhu mala habibi
@NuuraIsmail-vp3bb
@NuuraIsmail-vp3bb 8 ай бұрын
Masha allaah kifayaa rabbin umrii sihaa kaayu qaali tiyya lubbu tiyya
@foozmanfoozaan5290
@foozmanfoozaan5290 2 жыл бұрын
Wwww mashaa alahaa walhii habibii koo Rabbiin Ilmoo garii sif hakanuu inshaa allahaa ok
@zeeytunnaabdurroo7810
@zeeytunnaabdurroo7810 2 жыл бұрын
Rabbiin ofi iraatii sodadhaa wly kunii garii miti farii fatanii abbaa ittii gessaan waqaa jedhanii waanumaa keeyrii fariifadhaa
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 жыл бұрын
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOKOO prank aja.ibaa daawwadhu🙏💝
@mamaafnan4474
@mamaafnan4474 2 жыл бұрын
Duniyaa isin marachite rabbi isin haa qajeelchu waan keyirii farrifadha
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692 2 жыл бұрын
Maatii naafii tahi
@jemilatunna5276
@jemilatunna5276 2 жыл бұрын
Lakkaa wan Akkanaa Kana Dhisaa rabbiin isin haa qajelchuu ☝️
@kuku7729
@kuku7729 2 жыл бұрын
Rabbii si haa kenu inshaalla Amiiiiiin jedhii 🥰🥰🥰
@Destetube
@Destetube 2 жыл бұрын
Mati nafi ta,i
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please kuku
@orommiittitiwallo9155
@orommiittitiwallo9155 2 жыл бұрын
As wr wb akmiijituu masha Allah masha Allah ❤❤❤
@safiyaabdullah1033
@safiyaabdullah1033 2 жыл бұрын
Waayii kifayaa duraa dr kaa wan birriti jetee mucaati daaimaa cinqitee waalahi haarama❤
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692 2 жыл бұрын
Maatii naafii tahi
@makya1341
@makya1341 2 жыл бұрын
Amma mee rabbi osso dhugaa godhe akkami tata arguma ufiti badi hin dalagi 🙄
@AsAs-zp8yj
@AsAs-zp8yj 2 жыл бұрын
Rabbii ati lafisi waan bira hojadhaaa
@smartbm2291
@smartbm2291 2 жыл бұрын
Oromoo maati naaf ta'a hundumti keessanu. Thank you 💕💕😊💕
@Zeenuumaammad
@Zeenuumaammad 8 ай бұрын
Masha alla Masha alla 💕😘
@desitayoutube7063
@desitayoutube7063 2 жыл бұрын
humataa Saudi Arabia iti dhuma jirufhi sagalee taa please lamii ko hundii kessanu 🙏😭
@sabonttu7327
@sabonttu7327 2 жыл бұрын
Uuuufffi wan akana dhisaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please apples
@sanyiijawariimuhammad1329
@sanyiijawariimuhammad1329 2 жыл бұрын
Alhamdulillah Alhamdulillah gayaa qabanaa
@makkiqashitoro2624
@makkiqashitoro2624 2 жыл бұрын
Wswrwb abshir rabbi isin haa kennu isinu ijoledhaa garu pirank akkan hin hojjatina
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692 2 жыл бұрын
Maatii naafii tahi
@muntehamohamed1425
@muntehamohamed1425 2 жыл бұрын
Doctor thanks 🙏
@ekru7385
@ekru7385 2 жыл бұрын
ምን እንደምትሉ ባይገባኝም ደስ ትሉኛላችሁ😍ፍትህ ለሳውዲ እስረኞች
@jamelamohamed4855
@jamelamohamed4855 2 жыл бұрын
🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲❤❤❤❤❤❤❤❤🤲🤲🤲🙏🙏🙏💔💔💔💔💔🤲🤲🤲👍👍👍🇧🇫🇧🇫👍
@ter2065
@ter2065 2 жыл бұрын
ወላሂ የኔ ቢጤ ነሽ
@አባቴሂወቴኑርልኝየኔውደ
@አባቴሂወቴኑርልኝየኔውደ 2 жыл бұрын
ኦሮሞ ኛ መልመድ ትችያለሽ
@ekru7385
@ekru7385 2 жыл бұрын
@@አባቴሂወቴኑርልኝየኔውደ መልመድ እፈልጋለሁ👍
@sambontuuoromo5596
@sambontuuoromo5596 2 жыл бұрын
Suubahaan allah Abbo Rabbii keesaan hin sudaa taannuu Isin Islamamitii 😭😭😭😭😭😭
@ummukalid3894
@ummukalid3894 2 жыл бұрын
Doctor achille homa namni jedhen ok 👍 jetti
@tasnimorotube8871
@tasnimorotube8871 2 жыл бұрын
Ooh waan akkanaatiin hojjachuun khee an natti hin tolle jachuun silaa bareedadha ture garuu farrisaa na fakkaatti
@mudeexahaa5043
@mudeexahaa5043 2 жыл бұрын
Kifayaa heduu si dinqisifadhee dhugaa 😍
@getegete7187
@getegete7187 2 жыл бұрын
Rabii ilmoo nagaa kan fayyaa qabdu isinif haa kenu hin jarjarina ni dhaqabduu batiin afur xinodhaa
@zamzamhajji6495
@zamzamhajji6495 2 жыл бұрын
Uruguni Afàan ofittif Abarsaa Argatii jedhaan
@zaramusaendirszaramusaendi7936
@zaramusaendirszaramusaendi7936 2 жыл бұрын
Ayii kanatii hin qosina du'ai naaf godhaa mee obbolleewwan koo hadarraa akkaa gallee rabbii naaf kenuu waggaa 3 egan eegee booda biyyaa allaan dhufee gallee ni argadha mo hin argadhuu yaddaan jirraa halkanif guyyaa
@ashaamumadii8846
@ashaamumadii8846 2 жыл бұрын
Rabbin sii haa kenuu ishallhaa Amiiiiin jedhaa
@salahahmed9357
@salahahmed9357 2 жыл бұрын
Ayii akkami namni wan akkana dawwata yaada akkana fide jaee dalaga aboo wan akkana hanjama tahuu dhiisa
@vibile1353
@vibile1353 2 жыл бұрын
Hinariifayiinaa ishaallaa Raabbiin isiinf kernaa
@emanabdella4629
@emanabdella4629 2 жыл бұрын
Jadidii yeroo bayee pirakkii akkan hojttani Rabbii Akka Kessani Hin Lallinii🙏
@khadijaorotube5625
@khadijaorotube5625 2 жыл бұрын
kzbin.info/door/lnxY-txz1CbJqpZ3nnMYiA Mati nifi tahi
@mudeexahaa5043
@mudeexahaa5043 2 жыл бұрын
Kifayaa jabefadhu dhugaa
@kidsvp1807
@kidsvp1807 2 жыл бұрын
Oromoo Koo maatii naaf ta'i. Galtooma 😊😊😊😊💕
@meseratmeserat6452
@meseratmeserat6452 2 жыл бұрын
Inshaala 🥰🥰🙏🥰
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please siraaj
@SMATv3
@SMATv3 2 жыл бұрын
Matii naf tahaa prank Aja’ibaa fi video babaredaan gad dhisaa jiraa galatoma m.kzbin.info/www/bejne/h5rVdX-Iic56b5I
@ashaamumadii8846
@ashaamumadii8846 2 жыл бұрын
Ishallhaa
@meskifiqir6046
@meskifiqir6046 2 жыл бұрын
Wantaa akkana hin hojatina umata
@ketegesuthulumyalifal4546
@ketegesuthulumyalifal4546 2 жыл бұрын
Waqqayyo sinif haa kenu hin mudamina
@lomii9274
@lomii9274 2 жыл бұрын
Kifayaa miskinaa wolih
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 жыл бұрын
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOOKO prank aja.ibaa daawwadhu🙏💝
@khaaed8312
@khaaed8312 2 жыл бұрын
Abshir obolleeyan tiyyaa rabbii isin hakeenuu hinjarjaarinaa
@ayanahamadofficil5148
@ayanahamadofficil5148 2 жыл бұрын
As wr wb yaa oboleyan kiyaa isin isiniraa wayadhaa wmata mana hidhaa jiruu sanif sagalee thaa hanga akanatii piranki fardeystan kana kaa rakacha jiruu kunis oboleyan keysanii rabi sodadhaa amalee afan keysanin wanuma garii farifadhaa malee wan akana hin hasahinaa
@diiniiyaatube7442
@diiniiyaatube7442 2 жыл бұрын
Rabbii isiin haa qajelchuuu
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 жыл бұрын
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOKOO prank aja.ibaa daawwadhuu🙏💝
@mdomar9645
@mdomar9645 2 жыл бұрын
Nuu maraa Rabbii nu haa kenuu
@Yesuskaraadhadhugaadhas
@Yesuskaraadhadhugaadhas 2 жыл бұрын
Ameeen
@kamillaaabdallaa888
@kamillaaabdallaa888 2 жыл бұрын
Rabbii issin haa kenuu
@bbbaba531
@bbbaba531 2 жыл бұрын
rabbiinsafihaakennu
@emanaaaa8951
@emanaaaa8951 2 жыл бұрын
Wan afan jedhu malayikan kataba kanaf wan kayiri hojadhu
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 жыл бұрын
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOOKOO prank aja.ibaa daawwadhuu🙏💝
@linahussen9788
@linahussen9788 2 жыл бұрын
As wr wb jadid please please rabin yositii sadaqe hoo malii beyita wanii akana pirakii hitatu disaa
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692 2 жыл бұрын
Maatii naafii tahi
@aashaaahmed4608
@aashaaahmed4608 2 жыл бұрын
Rabbi sin umee sodadha
@lense5309
@lense5309 2 жыл бұрын
Kun harka rabbii jira maaliif waan akkasiin qoostuu maaloo rabbi siniif haa kennu
@hamazuhamazu1151
@hamazuhamazu1151 2 жыл бұрын
Asatogifirila
@hamazuhamazu1151
@hamazuhamazu1151 2 жыл бұрын
Sallalahu alaye wasalami
@hamazuhamazu1151
@hamazuhamazu1151 2 жыл бұрын
Salu ana nabiyin sallalahu aleyi wasalami
@fawzeyataher5726
@fawzeyataher5726 2 жыл бұрын
Miskin kifayan dhugama siijalatii yajadid hora bula
@SMATv3
@SMATv3 2 жыл бұрын
Matii naf tahaa prank Aja’ibaa fi video babaredaan gad dhisaa jiraa galatoma m.kzbin.info/www/bejne/h5rVdX-Iic56b5I
@seenaanisanyiiwaaqoguutu7568
@seenaanisanyiiwaaqoguutu7568 2 жыл бұрын
Raabbii dhugaa hin goodhin uuuuuufff 😭😭😭😭
@fafofafo7958
@fafofafo7958 2 жыл бұрын
Jadid kifaya baga ngy dhuftan jabadha jabadha jabadha hedu isin jaladha 💋💋💋💋💋💋💋 I Love you kifayayeee
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please fafo
@bbbaba531
@bbbaba531 2 жыл бұрын
👌👌👌 🥀🌹🌹🌹🌹
@iliyaasmikaailabdoo6849
@iliyaasmikaailabdoo6849 2 жыл бұрын
Fabulous man
@omanphone8132
@omanphone8132 2 жыл бұрын
Ha'uuzubillaahi maalumaaf rabbiin ofitti dallansiistu
@mekiyasiraj5250
@mekiyasiraj5250 2 жыл бұрын
Rabbiiisiniahkeenuishaalllaaa
@musulihaajimaa436
@musulihaajimaa436 2 жыл бұрын
Maratanituu yokaa ee isa dhugaa taa ehooo hamaa malgotuu
@ebrahimhassen8914
@ebrahimhassen8914 2 жыл бұрын
Garuu wanii akanaa dhisuu woyaa Tafulaa horanii Tafulaa Deganii jetee oromonii jadidii Kenya garuu dhifamaa pirakii akaa taelee nini bekaa 💘💘👌
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please ebrahim
@keneniahmed4696
@keneniahmed4696 2 жыл бұрын
Farisa yoo rabbii si godhee yoo
@qamariyanasir9492
@qamariyanasir9492 2 жыл бұрын
Jadid miskina 💪
@hdks432
@hdks432 2 жыл бұрын
Hi maratemo wan akanatin hajamtaa garuu
@obseabdiiboruu7583
@obseabdiiboruu7583 2 жыл бұрын
Wwwww jajabadhaa sanyii waan kenyaa eduu sin jalanaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please obse
@hoormob6452
@hoormob6452 2 жыл бұрын
Waleyikumasaalam waramatullahi wobarakatu jadid maraatu sila yoo namani comment 100 isin gorse hin dhagesanu🤣🤔
@uaeuae1622
@uaeuae1622 2 жыл бұрын
Aswrwb Mashaallahaa mashaallahaa nuhuu jiradhuu umii dherdhaa 👍💝💋💋💕💞💖💖💋💋💔💔
@shamsahmohammed13
@shamsahmohammed13 2 жыл бұрын
Ok www sanyii koo ❤❤❤❤❤❤❤❤💋💋💋💋💋💋
@aziizaarashiid459
@aziizaarashiid459 2 жыл бұрын
Maliif ofitii fariftaa
@alqoua9261
@alqoua9261 2 жыл бұрын
Subanallaa
@addiseaddise3688
@addiseaddise3688 2 жыл бұрын
Dhugaa ani yeroo hunda isin hordofa garuu committe bareesee hin bekku lakki isin godha hadaraa akkasi hin godhina wanta ilkaan namatii fiduu kormi dhariyee hin dhalchu jedha oromoo yeroo mammaku pilai pirnk akkasi hin hojjetina hadaraa afaanii hin qabaatinaa
@yaawaaqakosittuubeeka7260
@yaawaaqakosittuubeeka7260 2 жыл бұрын
Isii maliif ariftuu ammaa kifayaa💋💋💋😘😘😘😘💯💯💯💯💯💯💯❤️❤️❤️❤️❤️😘😘😘miskinaa Wayyii
@eromiyaeromiya3852
@eromiyaeromiya3852 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sabrinamusa5824
@sabrinamusa5824 2 жыл бұрын
Mashallah hadu namattii toltan garu wanhamile wal chabsa hin dalaginii ok isiniin jaladha naf jira
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692 2 жыл бұрын
Maatii naafii tahi
@lidacall9562
@lidacall9562 2 жыл бұрын
Ijolee dhuma jirtuu sagalee tahii oduu nurraa dhisii amma 😢😢
@SMATv3
@SMATv3 2 жыл бұрын
Matii naf tahaa prank Aja’ibaa fi video babaredaan gad dhisaa jiraa galatoma m.kzbin.info/www/bejne/h5rVdX-Iic56b5I
@rahmaoromotube7715
@rahmaoromotube7715 2 жыл бұрын
Waaleykum salam JADID Kenya akkana Bakke kanatti namatti tolta😍😍👌😊😊👍👍😉😄obolessa kiyya malif kifayaa dhalchu hin dandenyee 😭 prank kun dhugaa natti fakkesse
@JamilaaMoosisaa
@JamilaaMoosisaa 2 жыл бұрын
Mati naf ta'i sanyii
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please rahma
@azaludeneken8461
@azaludeneken8461 2 жыл бұрын
Dokotori kuni homa bekku jetti kkk🤣🤣🤣
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 жыл бұрын
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOKO prank aja.ibaa daawwadhu🙏💝
@foozmanfoozaan5290
@foozmanfoozaan5290 2 жыл бұрын
Kkkkkkkkkk mashaa allahaa yaa habibii heduu dass nama jaa mashaa allahaa 😂😂😂😂😂😂
@ummusumeya1352
@ummusumeya1352 2 жыл бұрын
Kkkkkk 🥰 miskin abshir rabbii sifhakenu Isha.allah
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692
@oromtittiijimmaaabbajifaar4692 2 жыл бұрын
Maatii naafii tahi
@SMATv3
@SMATv3 2 жыл бұрын
Matii naf tahaa prank Aja’ibaa fi video babaredaan gad dhisaa jiraa galatoma m.kzbin.info/www/bejne/h5rVdX-Iic56b5I
@kediijaaahmed3457
@kediijaaahmed3457 2 жыл бұрын
Hojiikkk
@Faaxmaa
@Faaxmaa Жыл бұрын
🎉🎉❤❤❤
@hayyuutube5925
@hayyuutube5925 2 жыл бұрын
Well Came Jadid 😍🥰
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please zaina
@aishasanyiioromoo
@aishasanyiioromoo 2 жыл бұрын
Wani hin tanee ofiti hin farisinii sanyi hin turaa malee rabbi ama si kenna hin muddaminii
@misaahirtoofiq7967
@misaahirtoofiq7967 2 жыл бұрын
Jadid tube maashaa allaah baay ee tokko bareeda honiin keessan Maqaan tiktok keessanii maali nuuf himaa
@sumeyaakadiir7206
@sumeyaakadiir7206 2 жыл бұрын
Wswr wb jiraa jirtuu alhaamdullaahi raabin isiin haa kenuu .... inshallah allaah amniiiiiiin amniiiiiiin amniiiiiiin amniiiiiiin amniiiiiiin amniiiiiiin
@fafofafo7958
@fafofafo7958 2 жыл бұрын
Welcome
@mariimasiraaj3913
@mariimasiraaj3913 2 жыл бұрын
ASALAMU warahmatullaahii wabarakatuuhuu
@MermiMermimermi-eg6bt
@MermiMermimermi-eg6bt Жыл бұрын
Kkkkk😂😂😂😂😂arbni.lee.isini.jalti.hini.haftu
@urgokebe7331
@urgokebe7331 2 жыл бұрын
Rabbii mucaa sinif yaa kenuu garuu prank akana dhisaa 😘😘😘😘😘
@khadijaorotube5625
@khadijaorotube5625 2 жыл бұрын
kzbin.info/door/lnxY-txz1CbJqpZ3nnMYiA mati nifi tahi
@hanansaedjabir8373
@hanansaedjabir8373 2 жыл бұрын
Osoo Amma Rabbiin Gocha Keessan Kana Laalee ilmoo isin Dhoorgatee Hoo? Wollaahi Rabbi Akka Kaassan kana Hin laalin ilmoo Barakaa Qabdu isin Haa Razzaqu
@SMATv3
@SMATv3 2 жыл бұрын
Matii naf tahaa prank Aja’ibaa fi video babaredaan gad dhisaa jiraa galatoma m.kzbin.info/www/bejne/h5rVdX-Iic56b5I
@abdallahussen4294
@abdallahussen4294 2 жыл бұрын
Dhuga keetii qalii jaraa akkamalee akkagarii itii fokkata
🛑jadid muktaar fi kifayaa walirratti qabee @jadid😭😭
15:25
🛑 የ tiktokሮች መጨርሻ ፈልፍሉ funny
13:28
masra tube
Рет қаралды 141
Why no RONALDO?! 🤔⚽️
00:28
Celine Dept
Рет қаралды 101 МЛН
Как Я Брата ОБМАНУЛ (смешное видео, прикол, юмор, поржать)
00:59
Creative Justice at the Checkout: Bananas and Eggs Showdown #shorts
00:18
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 34 МЛН
Мясо вегана? 🧐 @Whatthefshow
01:01
История одного вокалиста
Рет қаралды 3,6 МЛН
XANUUN! NINKAYGA HORTAYDA LAGU GUBAY LAGUNA DILAY WIILKAYGANA...
26:32
Ayyuun yeroo baduuf jettu naaf bilbilte turte
14:27
Wabii Tube
Рет қаралды 36 М.
Sinaf Tiktok Dura Femous Turte……….   Interview 9
40:58
Dj Dus Tube
Рет қаралды 12 М.
Why no RONALDO?! 🤔⚽️
00:28
Celine Dept
Рет қаралды 101 МЛН