Biyyeen si haa nyaatu erga hin jaalanne dura enyuu waliin jiraadhu sin jedhee dura Abbaa garaa ergaa hin ishee hin feene qarshii ishee hoo maaliif nyaata Attis immo Amma nama ofiin jette xalayaa bareessita
@maryamggh14333 жыл бұрын
Yaadaa keetii siiridhaa luubuu
@hawiiabdiyoutube95563 жыл бұрын
@@maryamggh1433 kotuu matii nafii ta, ii mee lubuu
@Sarakhan-ns7me3 жыл бұрын
Biyyee nyaadhuu qarshii ishee kan waggaa tokko ergaa harkaa gahate jibbite ????ergaa jibbuu kee hin olee maalif qarshii ishee nyateree
@azebyehalashet95163 жыл бұрын
Biye si ha hanyachisu ha warabisa biri ishi debisif ishin ni jirati dhiri aka ke warabishi jirenya dubartota kenya dukanes jirenya ke afan ha dhowatuti ya nama nyatuuuuuuu😭😭😭😭
Senna ke Baye nama gadisisa garuu bakka tokoti dogogara qabda baki sunis erga hin fene qarshii itti ergite qofa fudhachu qabda malle Kan Wagga toko gutu fudhachu hin qabu sababa isa ati wojin jirachu fedha hin qabdu Wan tahef kanf baka Kan badii si bira jiru jirenyii ke Duran keessa jabina Abba keti nama ajaba Hadha worti jedhe ilima isa bakti. Basu ayiiiiiiii 😭numa hudatu hadha hin qabu garu Abba akkan jabatu hin qabu rabbii Harame keti haramatu
Waaliin jiraadhu waan sijaallattuu onnee nama sijaallatuu irraatti godaannisa hin uumin!!
@mariyairboo84433 жыл бұрын
Hayii dhiiraa biyoo nyadha ishee fulaa nama dhabate dhitama tufata hojate aba mana kiyaa jete sita ergite malqa argani umrii nara gudo jeta Garuu malqa mucayoo si marachita kenif sena ke iraa wani barane hin qanu Jibaa dhiiraa Male
@ELSAGADOTUBE3 жыл бұрын
Marya koo malo mati naf ta.i
@jamilshhill44133 жыл бұрын
Jalalii urmii hin gafaatuu garuu kanaa godhuu hin qabaduu rabi hin soddaatu atii yeroo kee itti dabbarfatee
@monetijalala61043 жыл бұрын
Jamilsh mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞💞
@almazbirhanu81343 жыл бұрын
Dura irratti seenan kee baayyeenama gaddisiisa garuu immoo jaalalli yoo jiraate umuriin sababa ta'uu hin dandawu yoo fedhii hin qabaannees yeroo ishii waggaa shan jalaa gubuu hin qabdu waaqa biratti fudhattama hin qabu gonkumaa birrii ishii yoo siif danda'ame walakkaallee ta'u deebisiifii akka amantaa keetti gaabbii galii dhiisi nama biraa waan fuuteef itti hin deebin
Ati waa'e jalalaas waa'e haadhatis waa'e oboletitis waa'e jaartitis hin bektu utuu bekte duruma nama umrin sii hin maadaale walin hin cistu ergaaa wahundaa fixani wal futani silaa hin gantuyu ati gantudha waa'e shankora maale wan biraa hin bektu ati namni haadha jalatuu dubarti kaamiratuu cubuu hin hojetu hin salfatumo afn qaba jete kana hasoftaa? !!!! Gaamee galatomi ati
@masii92333 жыл бұрын
Erga fedhii ishe hin qabne malif bir ishe nyachu dhaqxe birr ishe sunu si balessa debisifi dhisii lafatis rabbi ratis si balessa dafqii ishe
@saboontutube8813 жыл бұрын
Mastuu kottu maati naaf tahi kode
@dstutubehv94203 жыл бұрын
Ya hadha ko umrii nu dheradhu 😭😭😭😭😭😭😭
@ashakabadda20223 жыл бұрын
Bayee namaa dhibbaa dhugaa Yaa obboleessa Koo Akkumaa ishee Jibbitee Qarshii ishee si Jibbuu qabdda Yoo ishee Jibbitaa tatee qarsii Ishee Hunddumaa deebbizifi Kuni Shfuudha Hin qafatuu Moo Akkam?? Ati??
Ergaa hin jalne baga dhifte garuu Qarshi ishi aksumni futee
@taimort3503 жыл бұрын
Ergaa hin jalanee qarshi isii debisfii ani siyii hin jaladhuu jetee himuu qabdaa garuu dafii isii boruu sii nyataa💚💔💚
@cellandsell92453 жыл бұрын
Kun baayee naa salfachisa yoo hin barbannee dafaqa eshe nyata?dhugaa nama haqaa irrs fagattee ati kana waan gaarii goota hosoftamoo. Yoo hin barbanne qaama esha fi qarshi eshatti fayyadamtte dhugaa ilmoo waaqatii.jireenya gario sii hin jirachisi balagee
@torfatorfa93953 жыл бұрын
SafuuYaaJalaala👌❤👊👊
@seemborak62383 жыл бұрын
Uuuuuffffiiii😢😢😭😭😭😭😭😭malooo hadhoo koo wayyyyooo nama dhukubbaa
@oromoonjaalallaa96523 жыл бұрын
Yommii dhuftee ani ammaan argee
@shawayewadajo53903 жыл бұрын
Dhigaa ishii debisifii
@shukurejimmayefikirlij70683 жыл бұрын
Saanu Qarshii wagga tokko nayaadhe jette si nyaachiisin 😥😥😡😡
@ELSAGADOTUBE3 жыл бұрын
Shukure koo mati naf ta.i
@mifte47363 жыл бұрын
Hin barbaduu ergaa ta'ee malif malaqa isii nyatee Rabbii siin dhisiin nutii shamaraanii gowwaadhaa haqii isii Rabbii siin dhisiin insha allaah
@workineshgomen68863 жыл бұрын
Dursaa senan kee baay'ee nama gadisisaa garuu baay'ee ballesitee malifin ergaa hin jalanee ergaa jireenyaa kee wajiin itti hin fufnee dafqaa ishee xuquu hin qabduu akkumaa sitti ergitee mana nuuf ijaari jetee lakki anii siin barbaduu jechuuni qabdaa balleessa kee ofirraa dhiqii dafqaa ishee deebistee afaan nagaa gagesuu qabdaa gifii hojatee jirtaa uffffffff