Baay,ee galatoomi barsiisaa Ani kana duraa dhalataan oromoo maaf barnoota akkanaa hin kenine jedhaa Ture,Amma channel kana agree dinqisifadhe,jabaadhu tchr
@millionkora35938 ай бұрын
❤❤❤ baayyeedha si jaallan dhugaa jabaadhu ittii nuf barsisaa keenyaa
@KedirmohammedKedirmohammed8 ай бұрын
Barsiisa kiyya qaalii gaarii kabajamaa fi jaallatamaa namaa wly hedduu sirraa gammadee amumaan asiin seenee si argadhee masha Allah seenaan si haa yaadattu wallah
@OROMOHEALTH8 ай бұрын
thanks
@MohamedJibriil8 ай бұрын
Akkana kaa Itti nuu fufi
@OROMOHEALTH8 ай бұрын
hayyee insha allah
@AminoNasir-t5j3 ай бұрын
I appriciated you You Gentle man so keep up it
@millionkora35938 ай бұрын
Please mee obstetric and gynecology midwife irraatti nuf hojjaadha mee
@JemalAwel-qm1dx7 ай бұрын
You are right teacher
@IbsaaOromo-xd8rm4 ай бұрын
Jabadhuu
@DursaAhmed5 ай бұрын
Dr ibroo haluma kanan itti demi garuu vector borne fi air borne disease akka feco oral disease sanitti nuff gad dhisii
@ArarsoSufiyan-gg7vl7 ай бұрын
Jabadhu barsisa kenyaa qaali
@Fayruuza-ry5ki8 ай бұрын
mashaa Allah Mashaa Allah rabbiin bakka guddon sihaa gahuu