Mirgaa Fi Dirqama Abbootii Dhimmaa

  Рет қаралды 2,818

Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa

Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa

Күн бұрын

Пікірлер
@ibsashekguutte
@ibsashekguutte Ай бұрын
Namusaa Abbaa dhimmaa Ammaa dubbaatamee irraa . Eeggadheen Dhabbee fakkeenya MMGHL manaa murtii anaa gamachisitti . Tatee Kun abba seraa kan anaan loolu wantan ani hin godhinin na hidhaa ture belama sababa male na debbisa ture Jarti tiyya wajjin hariiroo cimaa jarsa jartii fakkaatu kan qaban. Maqaa Abbukkatoo Tin kan falmuu fi bakkaa bu'umma waraqaa kan hin qabne fi kan anaa hin beekksisin fi yoo ati maqaa kafte kan hidhaaf na rebbuu waan ta'eef kanaaf president ergeen dadhabe. Matin ishee hariiroo abba sera wajjin qaban cimmaa waan ta'eef haqaa kenyaa nu dhorkaa jiran . Karaa qaxxaamuraan kan haqa kenyaa na sarba jiru wan taheef akkaa xiyyefanaa itti kennitan. Dalaltoni kan jiran kara isanin kan fudhatu ta"aa kanas jiru. Wanti ati jetu jiruu. Kanaaf abbaa seraa waan ja'aan kan qabuu ta'eef. ❤ Abbukkatoo bilisaa jechuun jiruu
@GemechuMohammed
@GemechuMohammed Ай бұрын
❤❤
@AbbasAhmedAli
@AbbasAhmedAli Жыл бұрын
Gorssa gaariidha garuu gorsi kuni manneen murtii oromiyaa hunda bira gahee abbaan dhimmaa bira gahuu qaba👍
@dawitbekele6996
@dawitbekele6996 Жыл бұрын
Baayyee, Baayyee galatoomaa, seektaroonnii kan biroo illee bifa kanaan hubannoo umuu qabu.
@SMARTADDIE-k5k
@SMARTADDIE-k5k Жыл бұрын
Good job 👍👍 Kabajamoo ulfaadha 🙏
@firehiwotbekele-y1y
@firehiwotbekele-y1y 10 сағат бұрын
Keessumaa maloo oromoo garaa mana murtii hin deeminaa.sammichaa abba seeraa fi abbukatoo seeraa irraa fagaadha
@ibsashekguutte
@ibsashekguutte Ай бұрын
Dhimmaa kanaa karaa banner irraatti hojjaachuu barbada qarshii koottin manaa murtii anaa gamachisiti akkan maxxaansuf hayyaamaa osoon arkaadhe. Bareedadha. Kanaaf mani murtii jechoota video irraa jiruu kanaa karaa bareeyfama dhiheeyssun ifaan ifaati nuf godhamu qaba
@Gechiwest
@Gechiwest 11 ай бұрын
GREAT JOBS👏 Kutaaleen hojii biroo illee akkasuma hojii isaanii uummataaf ibsuun dhimma murteessaadha(KTAS FI TQO) waanti kun hojii sinsinnii yeroo tokkoo ta'uu hin qabuu, 🖕
@SabaaAliyii
@SabaaAliyii Күн бұрын
91
@watiyetube5244
@watiyetube5244 Ай бұрын
Hubanno guddoo irraa arganne Galatooma.
@GamachuYadata
@GamachuYadata Жыл бұрын
Hojii gaarii dha!
@SabaaAliyii
@SabaaAliyii Күн бұрын
Abafii.ilaamoo
Hubannoo Seeraa  kutaa 4ffaa
30:41
Fana Television
Рет қаралды 339
Manni Murtii Aanaa Magaalaa Finfinnee Hundaa’e
6:42
Fana Television
Рет қаралды 4 М.
Quilt Challenge, No Skills, Just Luck#Funnyfamily #Partygames #Funny
00:32
Family Games Media
Рет қаралды 55 МЛН
黑天使只对C罗有感觉#short #angel #clown
00:39
Super Beauty team
Рет қаралды 36 МЛН
Try this prank with your friends 😂 @karina-kola
00:18
Andrey Grechka
Рет қаралды 9 МЛН
MANNEEN MURTII OROMIYAA KEESSATTI HOJII HUBANNOO SEERAA
17:50
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Рет қаралды 2,8 М.
Mana Murtii Aadaa
4:20
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 984
Mana Murtii Aadaa
2:52
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 867
Gaaffii fi Yaada Miseensonni Caffee Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaarratti dhiyeessan.
49:30
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 4,4 М.
Labsii yeroo Muddamaa|Hoggantuu Biiroo Abbaa Alangaa Oromiyaa Aadde Addunyaa Ahmad.
38:36
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 626
Vedio Obbo Caalaa Soorii
18:26
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Рет қаралды 146
Dallaalummaa
14:05
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Рет қаралды 1,4 М.
Quilt Challenge, No Skills, Just Luck#Funnyfamily #Partygames #Funny
00:32
Family Games Media
Рет қаралды 55 МЛН