Obbolaa Lamaan Keenya Fuudhe

  Рет қаралды 8,108

Gemmechis Teshome

Gemmechis Teshome

Күн бұрын

Пікірлер: 52
@BontuKedir-x7t
@BontuKedir-x7t 12 күн бұрын
Isiin rabbii rraa argaatuti dhifamaa godhaafitii dhaqaa ilaala inniyyuu of tajabaati harmeekeessanis ammansisaati akka har aa mitii abbadha waan ta ef
@firiifanrufe5583
@firiifanrufe5583 18 күн бұрын
Hamaatti hamaa hin deebisinaa dhiifama godhaafi abbaa keessan gargaara wqyo biraa argattu gatii keessan😢😢😢
@abababiranu
@abababiranu 18 күн бұрын
Waqyoo kan gatii hojii nama namaf kafaluu☝️☝️
@SimonsDaibbai
@SimonsDaibbai 19 күн бұрын
Ani gama kootiin waa guddaa irraa hubadhe isiniif garuu rabbi sin yaadatee imimmaan keessan lafaan buusne ammallee waaqayyoon sin waliin haa ta'u❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Ranii-r1v
@Ranii-r1v 19 күн бұрын
Bagaa ngy dhuftee game kenyaa❤️👑
@samiramuhammad4187
@samiramuhammad4187 18 күн бұрын
Oboleti tiyyaa isin akumaa issa dogogoraa jirtuu tarii abban kessan isin jibbe mitti yaakn qorichaa hamaa itti godhu mala baara kana hamma wolti dalaguu bayatee jiras kanafuu rabbii hardhaa isin dabarse jedhaan abba kessaan yaladhaa amantaa kessnitii kadhadhafi
@KamilaaNasirSulerman
@KamilaaNasirSulerman 19 күн бұрын
Subhan allah.abbaa jallaa akkasi malitti godhu jirenyasaraa duyasa wayya😢😢
@SabitNajeb
@SabitNajeb 6 күн бұрын
Safu dha Abba koo qofatu gara jabata seham ergas 😢
@SimonsDaibbai
@SimonsDaibbai 19 күн бұрын
Dhugumatti baay'ee tokko si galateeffachuu barbaada obboleettii keenya seenaa kana nuuf qoodde❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏
@AlemneshTesfaye-mu3wb
@AlemneshTesfaye-mu3wb 19 күн бұрын
Wel come gamee lamaffa irratin ilaalee
@MisraFalo
@MisraFalo 19 күн бұрын
Isiins rabbumatuu isinirraa jijjire miidhaa inni kalessaa dhalaa ofii miidhe beeke miti ta'aa isiin rabbii kessaan Irraa argattan gargaara😢
@RihanaRihana-o7r
@RihanaRihana-o7r 14 күн бұрын
Abbaa kootis dhumni isaa kanuma😢
@sdsd338
@sdsd338 19 күн бұрын
Abbaa kessan gargaraa oboletii koo Rabbiin bakkaa kalessaa sanii isiin basaa yadadhaa 😢
@ayantujunedi345
@ayantujunedi345 19 күн бұрын
Ayyiii isiiniis akkuma isaa dongortu jechuudha Abban ABBA dha rabbin iraa isin gaafata dhaqaa gargaara ani abba kee kaysan kana ra hamaatu na dhalee kan qonqoo yeroo inni nyaatu nuti ijjoolleen sahaa qa,ee iraa nu fageysu kan guyyaa tokko bishan nu obasee hin beyne garuu yeroo jireenyi keenya jijiiiramu isaatu dura nuraa eegate abba keysan laala akka isaa tahinaa
@TigstBirhanu-lg8ym
@TigstBirhanu-lg8ym 19 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢bagaa waqayoo isn garagaree Maatii tokoo tokkoo bayee garaa jabatuu Abaa kessan ilee gatii isaa aragateraa dhisafii baqaa😢😢😢😢😢😢😢😢
@KTG200A
@KTG200A 19 күн бұрын
Wow gammee keenya nuuf jiraadhu.obboleettii koo sillee baga waaqayyo isin gargaare
@Salma-kf3vb
@Salma-kf3vb 19 күн бұрын
Baggaa raabbii isinnii gargaree.seennaa ajaibattii kuni. Ebifammii.jirradhu.obbolleettii keefi abbaa fi hadhaa tatefi jirrittaa.😢😢😢😢😢
@FenetTamiruFenet
@FenetTamiruFenet 19 күн бұрын
Wantaa hundumaa waaqayyoof dhiisiti abbaa keessaan gargaari
@CaaliiAlamu
@CaaliiAlamu 19 күн бұрын
Hojin waaqayyoo Gaariidha seenaa baayee.barumsa qabu
@Alam-cf7ku
@Alam-cf7ku 18 күн бұрын
seenaa keessaa baay'ee nama gaddisiisa garuu dhiifamnii kan waaqayyootti
@SimonsDaibbai
@SimonsDaibbai 19 күн бұрын
Abbaa keessan waaqayyoon cubbuusaa isaaf hadheessu😢😢😢😢
@JAWARTube-ms1qp
@JAWARTube-ms1qp 19 күн бұрын
Anis yeroodhaaf maqaa kiyya himachuun fedhu
@fozi-ph6sw
@fozi-ph6sw 19 күн бұрын
Seenan matti keeti Seenan matti kootin waal fakkata😢😢😢
@RihanaRihana-o7r
@RihanaRihana-o7r 14 күн бұрын
Kootis akkasuma😢
@Hababayeeeeew
@Hababayeeeeew 19 күн бұрын
Baga waaqayyoo rakinaf gadado kana isin dagachise hadho ko wanti hin darbine hin jiru 😢
@Hababayeeeeew
@Hababayeeeeew 19 күн бұрын
Wel come 🫴 game
@EmabeteJenbere
@EmabeteJenbere 19 күн бұрын
Welcome Gamee
@MartaDebaba
@MartaDebaba 19 күн бұрын
Abbaa ke garigarii oboleetii koo
@DastaaMuktaar
@DastaaMuktaar 19 күн бұрын
Jiradhaa qalii ♥️
@UuPp-ys5yi
@UuPp-ys5yi 16 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢uuuufii
@medinagelgeloabdala6395
@medinagelgeloabdala6395 18 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🤲🤲🤲
@sarraayesuusarraayesuu2081
@sarraayesuusarraayesuu2081 19 күн бұрын
💔💔💔💔💔💔💔😢😢😢😢😢😢😢
@RhamaHussin
@RhamaHussin 19 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Booniimetiku
@Booniimetiku 17 күн бұрын
💔💔💔💔💔🥺🥺😢😢😢😢
@sfoosfoo2550
@sfoosfoo2550 2 күн бұрын
😢😢😢😢
@misraabdnmajid523
@misraabdnmajid523 19 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤
@SabontuuArsii-n3h
@SabontuuArsii-n3h 6 күн бұрын
😢😢😢😢😢❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@MekdiGirma-ne7ek
@MekdiGirma-ne7ek 19 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@Nood-lx7nn
@Nood-lx7nn 19 күн бұрын
😢😢😢😢😢
@obsetube730
@obsetube730 19 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢
@SamiraMohammed-ss3le
@SamiraMohammed-ss3le 19 күн бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🍇🍇🍇
@makiama9561
@makiama9561 19 күн бұрын
❤❤❤
@marayshanshal1322
@marayshanshal1322 19 күн бұрын
😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😮😮
@torfatorfa9395
@torfatorfa9395 15 күн бұрын
🥲🥲🥲🥲🤫🤫🤫☺️🤫
@makiama9561
@makiama9561 19 күн бұрын
Akkam ooltee
@SimonsDaibbai
@SimonsDaibbai 19 күн бұрын
Ani gama kootiin waa guddaa irraa hubadhe isiniif garuu rabbi sin yaadatee imimmaan keessan lafaan buusne ammallee waaqayyoon sin waliin haa ta'u❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@HikmaGaallii
@HikmaGaallii 19 күн бұрын
❤❤❤❤
@makiyamakiya9818
@makiyamakiya9818 17 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢
@sudiibulchaa3560
@sudiibulchaa3560 19 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@Genejaleta
@Genejaleta 19 күн бұрын
❤❤❤❤❤
Harka Kiyyaan Of Jelaan Balleesse
26:07
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 7 М.
Mana Kiyyatti Dhuftee Na Qabatte
26:58
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 11 М.
Леон киллер и Оля Полякова 😹
00:42
Канал Смеха
Рет қаралды 4,7 МЛН
REAL or FAKE? #beatbox #tiktok
01:03
BeatboxJCOP
Рет қаралды 18 МЛН
My scorpion was taken away from me 😢
00:55
TyphoonFast 5
Рет қаралды 2,7 МЛН
Dhirri jaalalakeen akka maraatu gochuuf waan 5 gochuu qabdu
9:00
John Bekele
Рет қаралды 202 М.
RNH 909, December 23, 2024 Soora Qalbii
22:44
Nuuralhudaa
Рет қаралды 15 М.
#seenaa dubartoota jiraatoo // dubartii Aaqila
5:42
Alia Tube
Рет қаралды 24 М.
Yeroo jaalalaa
30:54
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 121 М.
Waanuma Xiqqoo Harkiseen Guddise
25:17
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 10 М.
Akka Kiyya Dubartiin Taatu Hin Jirtu
24:23
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 7 М.
Halkan Tokkoof Obsuun Dadhabe
26:35
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 15 М.
Леон киллер и Оля Полякова 😹
00:42
Канал Смеха
Рет қаралды 4,7 МЛН