Mana Mare Bakka Bu’oota Ummataa walgahii idilee 36ffaa Kutaa 1ffaa

  Рет қаралды 27,767

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Mana Mare
Bakka Bu’oota Ummataa
walgahii idilee 36ffaa Kutaa 1ffaa

Пікірлер: 39
@DamteChala
@DamteChala Ай бұрын
ሀገሬ በሁሉም መስክ ስኬታማ ፣ ለዜጎቿ ሚቹ ፣ ሰላማዊት እና በዓለም በጎ ተፅዕኖ ፈጣሪ ሀገሮች ዉስጥ አንዷ እንድትሆን የዘወትር ፀሎቴ ነዉ።
@ashemidale1966
@ashemidale1966 Ай бұрын
Thank you Dr Abraham!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤❤Bishaan jeefa arginee Geejjibni gurra arginee lixaa badii hin arginee/ergin jechama mallaszenawii
@ShariforomoKush
@ShariforomoKush Ай бұрын
Jabbaadhaa biiyaaf yaadu qabdaan
@NuredinEliyas-tj6xr
@NuredinEliyas-tj6xr Ай бұрын
Adde Elsabeet gaafii kana gaafachuu keetiif hedduu galatoomi gaaffii gafatuudha
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
Seerrii kanuma kaleesaa kanaaf tigrai libsuu ijaa/Sirna harggansuutiin isin mooyee Mootummaan kolfaa deemnee
@user-uu3oo4hl5k
@user-uu3oo4hl5k Ай бұрын
Hojiilee muummee munisteera keenyaa hojjataman kan nama boonsaniidha...
@YussufEssa
@YussufEssa Ай бұрын
@teshomegonfa3679
@teshomegonfa3679 Ай бұрын
Adaraa dhimma nageenyaa kana sirriitti itti yaadaa, Guddinni nagaa malee faayidaaa hin qabu.Gandootni baadiyyaa OROMIYAA baay'ee rakkataa jiru.Kaabineen kee milishaan qabeenya uummataa qoqqoodachaa jiru.Qote bulaan maalif ssaamama? Keessumaa Godina lixa shawaa,Aanaa Abuunaa G/barat Saamichi qabeenya uummataa jabaatee itti fufee jira.Sababnisaa ammoo qaamni hidhate akkamiin isin irraa nyaataa, hidhannoo hiikkata jechuun hawaasa rakkatee ijoollee isaa guddifachuuf jedhee qabeenya isaan bulaa jiraachaa ture irraa mana gubuu fi horiif qabeenya isaanii saamaa jiru.Adaraa DR.Abiyyi Ahmed rakkoo hawaasa kanaa nuuf hubachuun qabeenya isaanii akka jalaa hin saamamne eegumsa godhaafii.Dubbii kaabinee aanaa keenyaa hin dhagahiin mee sirriitti qaama waraanaa raayyaa ittisa biyyaa achi jiru irraa qoradhaa.Kaabineen uummata fixuuf karoorfattee jirti fakkaata.
@user-lq7pe8zx3f
@user-lq7pe8zx3f Ай бұрын
Dhimma Ejensii malumaaf mani maree hin dubbanne? Jechuun dhabbatoonni gurgudoon Ejensii wajjiin walii galanii humnaa dargageessa biyya kanaa nyaachaa jiru Fknf Bankoon,bufata xiyaara , humna ibsa fi k k f ykn motumaan arka keessa qabamoo malumaaf hin afnee ?
@user-lq7pe8zx3f
@user-lq7pe8zx3f Ай бұрын
Keessuma bankii Awash nutti kenna jedhanii Ejensoonii pirasdatii bankii Awash akka rakkisaa jiran ni dhagahama
@user-oh8lp3ji9w
@user-oh8lp3ji9w Ай бұрын
Abbichuu abbaa malaa❤❤❤
@tato2tamirat
@tato2tamirat Ай бұрын
ሁላችንም የሃገራችን ሰላምና እድገት እንዲረጋገጥ የድርሻችን ማበርከት እንጂ ሃገር አፍራሽ ሃሳብ ከሚያራምዱት ጋር መተባበር አይደለም ።
@user-lq7pe8zx3f
@user-lq7pe8zx3f Ай бұрын
Wa'ee kondomineemii arkumaa qabduu sila ? Moo nuti immoo akuma isaa ama aramsaafii jirtanii nus Duloomnee nu kaasuuf ? Isaan illee mana dasaasaa keessatti argitaanii aromsitaaniif nu garuu essatti nu argitu? Garuu warra akkasii maa gargartu jechuukoo miti guruu nus ykn wa'ee kondomineemis nu yaadadha adaraa❤❤❤❤
@ahmedmahamed5536
@ahmedmahamed5536 29 күн бұрын
which minute he talk about MOU Somaliland
@AdugnaAbebe-r2l
@AdugnaAbebe-r2l Ай бұрын
ሌብነትና ብልሹ አሰራርን ለመቅረፍ የተወሰደው እርምጃ የሚደነቅና ይበል የሚያሰኝ ነው
@BeenyaaSolomon
@BeenyaaSolomon Ай бұрын
Mariin furtuu waan hundaa ta'uun isaa beekamaadha. kanaafuu, dhimmi marii biyyaalessaa yeroo ammaa kana maala irra akka jiru ibsi utuu itti godhamee gaariidha.
@ibroyusuf-hx2hq
@ibroyusuf-hx2hq Ай бұрын
Ummannii Ethiyoophiyaa hundii tokkumaan biyyaa ofiittiif quqqamu ergaa jalqabee biyyii kun biyyaa Abdii booruu qabdu fi biyyaa teenyaaf guddinii yeroo dhihoodha jadheen Abdadha kanaafuu kabajamoo mootumaa biyyaa keenya nutii Ummannii ethiyophiyaa diyyaspooraa caalaa beekkomsa fi qabeenyaan badhaannee biyyaa teenya akka guddifnuuf deggarsaa akka nuuf godhu fi halkaanii fi guyyaa akka hojjannuuf qabeenya qabnu hunda biyyaa kessaa fi biyyaa alattii beekkamtii itti nuuf godhee rakkoo jireenyaa hamttuu kessaa jiru irraa akka baanuu deggarsaa nuuf godhu jecha hundii keenya biyyaa teenyaaf qabsaawaa halkaanii fi guyyaas akka hojjannuun gaaffadha wal gahiin tan milkii fi baadhadhiinaa tan rakkoo biyyaa teenya furtuu nuuf haa taatu galatooma
@muhajirnasir132
@muhajirnasir132 Ай бұрын
❤❤❤❤
@teyibkelif2797
@teyibkelif2797 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Ayalewabebe-z3j
@Ayalewabebe-z3j Ай бұрын
ድሮ ለአይን የሚቀፉ አካባቢዎች ክብርና ምስጋና ለጠሚ አብይ ይሁንና ዛሬ ላይ ለአይን የሚማርኩ የአዲስ አበባ አካባቢዎችን መፍጠር ተችሏል፡፡
@Horn-sc2hzgtdooonbbfd
@Horn-sc2hzgtdooonbbfd Ай бұрын
historically Oromos suffered harsh oppression Ethiopianism. Abiy Ahmed needs to focus creation Oromia independent country’ rather than enemies!
@KiteeHasso
@KiteeHasso Ай бұрын
Lammiin hundi deeggarudha qaba
@hassenwario7565
@hassenwario7565 Ай бұрын
Itoophiyan dhiibba biyyoota lixatif hin jilbiifatu!!!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
Eegumsaa Qorumsii Biyyooleessaa firii gaarii Guyyaa gaarii Fayyaa gaarii waliin deeman gurriis Eegumsaa qaama abbaatii Qabeenyaa From government ifaa Qophiidha
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤guyyaannis Gaaddisaa gurrii Qaama keesanii Eegumsaa manni bakka bu'oota Palestine cinaachii yaada mo'ataan partii Badhaadhinni mootummaa gurriis Eegumsaa dhibeedhaa.kanaf Diplomasii Israel jechama Qaamni Eegumsaa harki ija yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis Eegumsaa ni dursee filmii aaree
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤nuuf Furmata Wal dhageeffachuun Wal barsiisuun Waliin deemsis barachuun rakkoodha ida'amuun humni dhageeffatu qabsoo Ogeeyyiin fayyaan humna eeguu deemsaa namarraa gorree
@gelanreta4025
@gelanreta4025 Ай бұрын
Please Dr.Abiy focus on people who are harassing educated people without being educated.
@MulataMagarsa-gm5mj
@MulataMagarsa-gm5mj Ай бұрын
❤🎉❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
Ilmi namaa Fayyaan???deebii maaf of sobaa yeroo baay'ee kan dhibeen karatti of beekun ni jaalalti.. Yaadatti deebi'ee Looking forward lollis hafee Dhibeenis mootummaan bulchiinsa daawwatuu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
Eegumsaa yoomuu Nageenyaa Eegumsaa Hospital Gaazaa Seeraa manni Murtii ida'amuun hawaasaa free from any political science professor Indiriyaas Isheetee kanaaf Seerrii kanaf Mootummaa maalif dhageeffatu injifannoo dhibeen
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
Komii Man murtii ida'amuun hawaasaa Hubadhu Ogeeyyiin fayyaa fi waraannis Especialisty fayyaa Ogeessa/ttin Gurraa hiriyyaan ida'amuun mandisni Gurrii Jibbaarraa dheessuu ifa Mootii irraa dhagahaa
@Ademmusa-wd1fw
@Ademmusa-wd1fw Ай бұрын
Abichu abba maala
@FoziMohammed-q5n
@FoziMohammed-q5n Ай бұрын
wedefit✍️
@ObsanMalee-ct5cw
@ObsanMalee-ct5cw Ай бұрын
𝙀𝙡𝙖𝙨𝙖𝙗𝙚𝙩 𝙜𝙪𝙙𝙙𝙖𝙖 𝙜𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙞❤❤
@tato2tamirat
@tato2tamirat Ай бұрын
ሀገሬ በሁሉም መስክ ስኬታማ ፣ ለዜጎቿ ሚቹ ፣ ሰላማዊት እና በዓለም በጎ ተፅዕኖ ፈጣሪ ሀገሮች ዉስጥ አንዷ እንድትሆን የዘወትር ፀሎቴ ነዉ።
@tato2tamirat
@tato2tamirat Ай бұрын
ሀገሬ በሁሉም መስክ ስኬታማ ፣ ለዜጎቿ ሚቹ ፣ ሰላማዊት እና በዓለም በጎ ተፅዕኖ ፈጣሪ ሀገሮች ዉስጥ አንዷ እንድትሆን የዘወትር ፀሎቴ ነዉ።
Caayaa
57:23
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 12 М.
Useful gadget for styling hair 🤩💖 #gadgets #hairstyle
00:20
FLIP FLOP Hacks
Рет қаралды 10 МЛН
Пранк пошел не по плану…🥲
00:59
Саша Квашеная
Рет қаралды 7 МЛН
OMN: Fonqolcha Mootummaa?
1:37:41
OMN
Рет қаралды 23 М.
Caayaa, Kantiibaa Magaalaa Shaashamannee waliin.
1:04:52
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 106 М.
Useful gadget for styling hair 🤩💖 #gadgets #hairstyle
00:20
FLIP FLOP Hacks
Рет қаралды 10 МЛН